Hachalu Hundessa - Foon foon irraa cite

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 7. 09. 2024
  • Ethiopian/Oromo Music - Foon foon irraa cite by the legendary Hachalu Hundessa. Volume 3. 2021
    Lyrics: Hachalu Hundessa
    Copyright © Hachalu Hundessa 2021
    Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

Komentáře • 545

  • @fetiyaft9532
    @fetiyaft9532 Před 3 lety +58

    Malloo essaa jirtaa ya Allah me firdekee faraddii dhugaa haccee bassii nuu argisisiii ya rabbi 😭😭😭

  • @user-ew5mj5ec6o
    @user-ew5mj5ec6o Před 3 lety +38

    ሀጬኮ ሊገሉህ እንደ ሆነ ስታቅ ምን ብለካቸው ይሆን አንተ ላይ ሲዘነዝሩ 😢😢😢 የመጨረሻ ቃል ምን ብለን ይሆን 💔💔💔😭😭😭

  • @siifanfamily
    @siifanfamily Před 3 lety +17

    dhuugaa kee rabbin siif haa baasuu kan sii nyaatees kan sii nyaachiisees haa baasuu.

  • @deyasdeme
    @deyasdeme Před 3 lety +27

    "Egaa!, miidhanii deemurra, Miidhamuutu caala!" Ati nuu, Oromoof jecha miidhamte!💘💔

  • @metii5816
    @metii5816 Před 3 lety +29

    ☝🏽☝🏽☝🏽esaa jirtaa yaa waqayyoo firidi kee yomii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ambotube8241
    @ambotube8241 Před 3 lety +10

    Eenyuutu bakkaa jiru irraanfata laata! sirbaa hachaalu yeroo dhaggeeffatu akkaa koo!!!

  • @yusuforomo3949
    @yusuforomo3949 Před 3 lety +14

    Haacaaluuuuuuu Maalif hin Oyanee yaruumaa Takka uuuuuuuuuffff hojjii waaqati malee Atii Du'an hin malee

  • @najetinagasa8477
    @najetinagasa8477 Před 3 lety +9

    Rabbii dhugaa kee haa basuu hacee koo 😭😭😭😭😭😭

  • @mesiishow1989
    @mesiishow1989 Před 3 lety +44

    ሀጬ አንተ አልሞትክም አትሞትምም ሁሌ በልባችን ውስጥ ትኖራለህ የንተ ትውልድ በመሆኔ በጣም እኮራለው እኔም እስክሞት ድረስ ያንተን ጀግንነት በኩራት ለትውልድ እናገራለው እመሰክራለው ያንተ ታርክ አንብቤ ሳይሆን በአይኔ አይቼ ነው ❤💔

    • @oromooormiyaa7634
      @oromooormiyaa7634 Před 3 lety

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤😭😭😭😭

  • @yuusuftube7238
    @yuusuftube7238 Před 3 lety +64

    Sirba Kana osso Wol dura duuban Upload gootani baay'e gaarii ture
    Fkn:: Track Tokko guyyaa Tokko
    Ammas Track Tokko guyya bira
    Osso Upload godhame Hedduu faayida qaba ture.

  • @kurkegenati4963
    @kurkegenati4963 Před 3 lety +8

    Dhugadha foni foniiraa cina sora alati ta.a hacekoo si dhane akkamiti dandenya malo uuuuuufffffe 😭malo garaa nugubate malo fardi waqako miss you hace💘💘

  • @honestylove8769
    @honestylove8769 Před 3 lety +13

    Hache theres no word to explain how we miss you dear 😭😭😭 may your beutiful, caring heart rest in paradise!

  • @brosapa3976
    @brosapa3976 Před 3 lety +7

    Hacee koo we never forget you 💔😢 hacee atii hindunee onee keenyaa kesaa yomile nijiirataa ❤️

  • @mulunashgezaw5040
    @mulunashgezaw5040 Před 3 lety +4

    Hacee koo uff anaa nyaatuu gootaa koo ufffuuuuu 😭😭😭budaan sii nyatee nuu jalaa. Gotaa koo.

  • @jolax8651
    @jolax8651 Před 3 lety +7

    Haacee doesn't bark like a dog rather he roars like a lion.we never forget u. Yelibachen jegnaa nehh

  • @biyyaahaacaaluuhundeessaor3241

    Hidda malee xannachi hin dhiiguu mee Haceee keenyaa maaltu nuuf caalaa😭

  • @aseterbenyaa3687
    @aseterbenyaa3687 Před 3 lety +2

    Haacee qaalii oromoo yomumayuu nuu keessaa jiriitaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤

  • @addisaddis1440
    @addisaddis1440 Před 3 lety +7

    Waqqayoo dhugaa kee haa bassuu😭😭😭😭

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    Attis garaa nuu dhokfate nurra gargara batee yaa haacee koo dhugaa kee waqqayyo haa basuu ☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔

  • @youtubekids2038
    @youtubekids2038 Před 3 lety +40

    My dear I really sorry 😭😭😭😭😭😭 I will never forget you...

  • @senadandana9646
    @senadandana9646 Před 3 lety

    Hache Atto wan hudaa Beka koo. ijolee kee rabbi sif hagudisuu .haqa kee rabbitii dhisnee .

  • @aseteralamu4197
    @aseteralamu4197 Před 3 lety +23

    ጀግና መቼም አይሞትም ሁሌም በልባችን ይኖራል የሞቱት የገደሉ ሰዎች ናቸው ሀጫሉ የሁላችንም ልብ ውስጥ ለዘላለም ይኖራል እግዚአብሔር አምላክ ነፍሱን አፀደ ገነት ይንርት የልቤ ስብራት፥የአካሌ ጠባሳ
    ሆኖብኝ ይኖራል ሀጫሉ ሁንደሳ ከመነጠቃችን አመት ሙሉ ፍትህ መነፈጋችን የበለጠ በሽተኞች አድርጎናል💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤

  • @mahmoudsaleh6803
    @mahmoudsaleh6803 Před 2 lety +2

    My heart is bleeding every time I see and hear that your sweet untouchable sound, we are not forget you forever my number one.

  • @ebisemosisa210
    @ebisemosisa210 Před 3 lety +2

    Yaa waqqaayyo gumaa goota kenyaa nuuf basii atii☝️☝️💔🖤🖤🖤😭😭😭😭😭😭

  • @rowcell8528
    @rowcell8528 Před 3 lety +1

    Yaa rabbi ati fardi kaa umma koo maloo sila isaa defachu hin danda'u dhugaa isaa ati basi

  • @najetinagasa8477
    @najetinagasa8477 Před 3 lety +5

    Yaa rabbii atii argii ☝️

  • @AFROKUSHTIC
    @AFROKUSHTIC Před 3 lety +8

    TEAR ON MY EYES FEEL BROKEN LEGEND NEVER DIE .WE WILL REMEMBER U FOR EVER

  • @bilisummaabokkuu5734
    @bilisummaabokkuu5734 Před 3 lety +6

    Maal goona hin gubane Hacee koo😭😭😭

  • @ayyeeorocell9778
    @ayyeeorocell9778 Před 3 lety +2

    Ayiiiiii hacce koo uuuuuuuuyi dhugaa kee waqaayyoon haa basuu 😭😭

  • @biyyaahaacaaluuhundeessaor3241

    Hacee koo erga ati nuu dhiistee deemtee Giimiin garaa kooti qabate dhaamu didem😭😢 Uuf fe'e ee Haadhoon kee guddaatun akkaam haa taature 😭😭😭😭😭

  • @shagekelifak1352
    @shagekelifak1352 Před 3 lety +3

    Maal jechuga haceekoo 😭
    Guyyan kamu wayii ketiim😭😭😭

  • @urjiiarsiisanyiijawarmuham8090

    Hacee koo garaan nuu gubatee maa hadhoo koo uuuuuuuuffffffffff haqaa kee rabbiin guddatee haa basuu inshallaa 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před 3 lety

    Uuuuuuf hacee wanti kee garaa nama guba akka dhukkuba garaacha rabbi nahaa nyaatu oromoo haceen tokkicha kana sagaleen isaa jabaadha nuuf hin baasu deebi'ee 😭😭😭😭😭

  • @hawwiiintalaashawaa3118

    Haaccee koo 😭😭😭yaa rabbii ati dhugaa haaccee nuufi basii malooo 😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏haaccee koo gubanee gotaa koo waan funu dhabene bee haaccee koo 😭💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭

  • @seeyou775
    @seeyou775 Před rokem +1

    ኦሮምኛ አሰማለሁ ይሄ
    የመጨረሻ ስራው ይመስለኛል
    ሀጬ ✊

  • @user-zh9bh3qx7h
    @user-zh9bh3qx7h Před 3 lety +3

    ፈጣሪ በአፀደ ገነት ያኑሪህ ሃጩ💔💔💔

  • @ganjamganjam3782
    @ganjamganjam3782 Před 3 lety +1

    Yaa rabii dhuga hacee basii akka garan kena boqonna argatuu hacee koo gubane 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @oromiyaahaacaaluu4537
    @oromiyaahaacaaluu4537 Před 3 lety +7

    Uuuuuffff hacee kooo maal nuuf dhamte😭💔

  • @nahorka844
    @nahorka844 Před 2 lety +3

    Foon foon irraa cite> The true legend will live on in our hearts, and may you rest in peace, my beloved musician and patriot, knowing that your legacy will live on.

  • @amanyamany964
    @amanyamany964 Před 3 lety +1

    Raabbiin haqaa isaa haa baasuu inii danda'aa 😭😭😭☝🏻☝🏻

  • @muhammadmuhammad433
    @muhammadmuhammad433 Před 3 lety

    Yaa rabbiin taa Allhaa haqaa hacee nuuf basii sii kadhaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝☝☝☝☝☝☝

    • @mastumasarati2168
      @mastumasarati2168 Před 3 lety

      Yaa rabbi atii dhugaa hacee koo baasi 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 Před 3 lety

    Atii mirgaa dhalaa namaf sii Uumee turee Waaqni hacee koo Arjaa koo garaa lafesaa koo malii gonaa ree Saree sii nyatee nuurraatti 😭😭😭😭😭😭

  • @mafraqzamshukri7311
    @mafraqzamshukri7311 Před 3 lety

    Atii kabajaan awalamte rabbii ko jannata keessa si ha qubsiisuu siif dhiisee abba dhugaa abba jaalala koo

  • @bikilagaredow5000
    @bikilagaredow5000 Před 3 lety

    Haqakeef osoo falmmattuu sabakeetiif wareegamte. Lubbuunkee haa jannatu yoomuu seenaa hin dagatamne hojjetteeta.

  • @zkj123
    @zkj123 Před 3 lety +3

    Boollaa kee Daadhiin haa Guutuu Haacee koo 😭😭😭

  • @the_perspectives
    @the_perspectives Před 3 lety +3

    Hacee Likkii dhiiraa!

  • @abdikoosumayaahadhakoo5455

    Maloo yaa waqaa hundaa ummtee dhugaa gotaa kenyaa dhugaa qaalii kenyaa dhugaa sabaa isaatif jedhe wareeggama qalii itti nuuf kafalee nuuf basii waqqayyo umma kenyaa lubbuu isaa mirgaa qulqullotaa nuuf yaa dhabii🤲🤲

  • @jbhassen5323
    @jbhassen5323 Před 3 lety +4

    Bekka koo ur different #HaacaaluuHundeessaa the legend 😭💔

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 Před 3 lety

    Dhugaa kee Rabbiin nuuf haa baasuu Leenca Oromoo dhugaa namatu dhoksa malee Rabbiin biratti hin dhokatu🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭

  • @almuzaseta6722
    @almuzaseta6722 Před 3 lety +1

    Waqayyoo dhugaa kee yaa basuu hacuu koo uufffff jechaa dadhabe haccuu koo ani😭😭😭😭💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭

  • @abenezermohammed7324
    @abenezermohammed7324 Před 2 lety +1

    Even am not understanding What u are saying .......even am living in Ethiopia......even I can't listen Oromifa........But am hearing your beloved sound still now bro.....REST IN PEACE MAN......😭

  • @chaltufayisa1400
    @chaltufayisa1400 Před 3 lety

    Hiddaa maale xanachii hin dhiguu dhugaa kee jetee haaceee kooo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤚

  • @AbdulApp
    @AbdulApp Před 2 lety

    Wal-Ha Jabeeffannuu Wan Ofii Foon Dhiigaan Jabaata 😭😭

  • @ajmansafeer2991
    @ajmansafeer2991 Před 3 lety

    😭😭😭😭haceee koo hadhoo koo hadhoo kichuu citeee malooo gotaa kooo atii hin dunee hacee ilmaa hundesaaaa

  • @moaadhayesuus6210
    @moaadhayesuus6210 Před 3 lety +3

    Uuuuuuuu haceekooo sii dhabunu salphina bariii 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @zinashdaba374
    @zinashdaba374 Před 3 lety +7

    I miss you Hace my hero 💔💔😭😭😭😭

  • @abdulmananadem6348
    @abdulmananadem6348 Před 3 lety

    Barabaraan siyadanaa hacce koo silaa du’a wal jijjiranii atii bakka kiyya jiraataa 😭😭😭

  • @najetinagasa8477
    @najetinagasa8477 Před 3 lety

    Kuni siin maluu turee kichuu koo mal godhuree wan rabbii jaalate 😭😭😭😭

  • @yaarabbiiwaanjabaatekullii1811

    Rabbii dhugaa kee haa baasuu haccaalluu leechaa koo 😭😭😭

  • @demamangesto8782
    @demamangesto8782 Před 3 lety +2

    Waqaayyoo dhuugaa kee hiiNii Gaattiinnii😭😭😭😭😭😭

  • @seenaatesfaye6091
    @seenaatesfaye6091 Před 3 lety

    Uuuuffff waqayyoo dhugaa kee haa baasuu hadhokoo gubane 😭😭😭😭😭😭😭

  • @munira1437
    @munira1437 Před 3 lety +2

    Yaa rabii obsaa nuf kenni haccee koo year's 1 💔😭

  • @Oronews2023
    @Oronews2023 Před 3 lety +1

    Osso Album Hunda Baka tokoti Gootani Hedu Lalama ture Waa Hundafu Galatoma

  • @oddaabultumsmarthaircut1636

    Hacce love 💕 u so much and we miss uuuuuuuuuuuu so much.u live in Oromo ❤️ hearts for ever .

  • @nebilayub9837
    @nebilayub9837 Před 3 lety

    Gumaa kee RABBIIN nuuf haa baasu

  • @mrjatttara7783
    @mrjatttara7783 Před 3 lety

    Namni hacee nyaatani nu boochiftan rabbi sa,a nama keessan yaa boochisu gadda male gammachu hin argatina yaa rabbi ati faradi kaa☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭

  • @forkids430
    @forkids430 Před 3 lety +1

    sirba kana dhaggeeffaannee quufuu dadhabne irra deebi'ee yoo dhagahu haaraa natti ta'a. Waaqayyo haqa kee hin gatin Haacee.

  • @yaarabbiibiyyatoonaganutgo4110

    Hacce qalli kenya yomilen one kenya kessa jiratta

  • @moaadhayesuus6210
    @moaadhayesuus6210 Před 3 lety

    Uuuuuuuu haceekooo gubanee waqaayyo duwaan gumaa kee haa basuu aceee😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @kumekumasa5689
    @kumekumasa5689 Před 3 lety +3

    Qaalii koo taasa si dhabnee 😭💔

  • @21hakim843
    @21hakim843 Před 2 lety +1

    😰💔 2021.11 still watching hachalu hundesa my legend ♥️🥰 onne keenya kessa badu forever bro

  • @shukriyamuhamud3230
    @shukriyamuhamud3230 Před 3 lety

    Essati sii arken sii galatefaadha ya Haacee? Jechoonii kee addure qerranssa tasisu, du'aa demu onne namati horra! Ya haacee Warrqii warrqii calu Rabbiin nuf kane akka itti egganu wallale binensan nu harka nyadhame! Ergga kufftes Jechoota kee fi hojiin kees kan xurre nutii agarsisu nuf dhifte demte galatoomi waan offi 🙏 you are not dead always in our hearts❤💚❤.. hadha Wabii fi Milki Haacaaluu galatomi hojii haacee galman gesse..🙏

  • @islaamummaanlubbuukootioro8316

    Uuuuuuhh 😭😭😭😭😭
    Iyyus hin awwaattu maal naa woyya 😭😭

  • @kajelasori9441
    @kajelasori9441 Před 3 lety +2

    Jabaa nama

  • @Abuhaniifaa
    @Abuhaniifaa Před 3 lety

    maal goona yaa hacaaluu hundeessa duuti kee garaa koo keessaa na bobeessa maal taha osuma si ajjeesuu dhiisanii 😪

  • @jiraabuuleebaariiargufu2220

    uuuuuuff haacee gootaa keenyaa 💪💪💪💪🐅🐅🐅🐅

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    Gabbu keenya hin oolu galgala ee galgala yaa hacee koo abbaa gorsa fi obsa ati jirta nut du'e lafeekoo 😭😭😭💔💔💔sagalee kan uuuufff

  • @feneetdayyee3883
    @feneetdayyee3883 Před 3 lety +2

    Lencaa Kenya ati Qaliidhaa oromoo dhafi 😭😭😭

    • @meronemerone2016
      @meronemerone2016 Před 3 lety

      አጬኮ በምን ትገለፃለክ እግዚአብሔር ነፍስክን በገነት ያኑር ከልብ የማትወጣምንልበልክ ምገልጸበትነገርአጣው

  • @zinasheamare545
    @zinasheamare545 Před rokem

    ሁልግዜ የምትቆጨኝአላህ ይዘንልህ

  • @faximaaahmadhasan3636
    @faximaaahmadhasan3636 Před 3 lety +1

    Aaahh anana yaa hacee ko mee akamitii si obsinaa 😭😭😭😭😭onnee nu madawee

  • @nonaa383
    @nonaa383 Před 3 lety +1

    Yaa Rabii Gumaa Haacee koo nu bassii yaa Rabii gafanee mee ☝️☝️☝️☝️☝️☝️💔💔💔💔❣❣❣❣❣❣❣😭😭

  • @horaentertainment4162
    @horaentertainment4162 Před 2 lety

    Maal mallisaa is the question of every qubee generation

  • @oromoarsi162
    @oromoarsi162 Před 3 lety

    Rabbiin haqa Wareegamtoota keennaa fi hidhamtoota keennaa haqa Oromoo haa baasu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ariitiiartiiOfficial-tu8nc

    Hero forever ♾️....Sin dagannu yoomuu

  • @mafraqzamshukri7311
    @mafraqzamshukri7311 Před 3 lety +1

    Atii duunaan aduunyaa galaani bahara irraa gara gale achee ko nyaatame 😭😭

  • @halimaorotube2314
    @halimaorotube2314 Před 3 lety

    Mee yarabi.haqa hacce kenna nuf baasi yaa.rabbii uuuuuuuuuuuuuuuuuuuu. Gubane hacce koo mee xiqima nuf koottu

  • @yodittilahun4060
    @yodittilahun4060 Před 3 lety

    Ati jirtuu jennaan
    Eyyeen jirra jennee

  • @hodacomm1990
    @hodacomm1990 Před 3 lety

    dhugaa hacee yaa rabbi nuf basii kaa😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹💔💔💔💔💔🐅🐅💪🏿💪🏿

  • @hamziyageme7377
    @hamziyageme7377 Před 3 lety +2

    Yaaa rabii dhugaa hacee nufi bassii 💔💔😭😭

  • @kalbakalba7071
    @kalbakalba7071 Před 3 lety

    Maaloo esaa jirtaa hacee yomiyuu Senaa sii yadhaaataa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @iyobasaba3601
    @iyobasaba3601 Před 3 lety

    No one replace you .hace koo u live Forever with as not only this generation to next generation u with as .😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sifendefaru793
    @sifendefaru793 Před 3 lety

    😍😍😍 fooniotu foon irraa cite haceko adda nu baasani

  • @bareedduub1940
    @bareedduub1940 Před 3 lety +6

    MY HERO ...!!

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 Před 3 lety +1

    Qaalli koo jirtaa yomu onnee oromoo keessaa ❤🥲goota koo!!

    • @rrdff239
      @rrdff239 Před 3 lety

      Haaccee koo ffffuuu😭😭💔💔💔😭😭😭 jaba

  • @faxumtube4932
    @faxumtube4932 Před 3 lety

    Galigala sinyate dini oromiya baribad tujira dina aceko nyate nibasina gumake walihi ibasina anna amatina oso. Walinyatina nibasina gumake💔💔

  • @abdulfetah340
    @abdulfetah340 Před 2 lety

    It's so hurt 😞 💔 😢 hacce koo ati yommile tanan hin dune onne oromo miliyona 60 keysa jirta

  • @umuashiim1447
    @umuashiim1447 Před 3 lety

    Aceeekoooo Aaaaa'aaaaa jecha jirachu tate qonni Kenya Ani acabuka😭😭😭😭😭❣❣❣❣

  • @iliyasabdi3086
    @iliyasabdi3086 Před 3 měsíci

    One of best ethiopian artist hachalu hundesaa

  • @ilililoromoo4244
    @ilililoromoo4244 Před 3 lety

    Hacee gootaa koo essaa jirtaa uuuff Yaa biyyee !💔😭😭😭😭😭

  • @irimemberyoualwaysb.b536
    @irimemberyoualwaysb.b536 Před 3 lety +1

    Hacce Koo Biyyeen Sitti Haa Salphatuu