Hachalu Hundesa - Nan Gaabbe

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 7. 09. 2024
  • Ethiopian/Oromo Music - Nan Gaabbe by the legendary Hachalu Hundessa. Volume 3. 2021
    Lyrics: Hachalu Hundessa
    Copyright © Hachalu Hundessa 2021
    Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

Komentáře • 577

  • @yuusuftube7238
    @yuusuftube7238 Před 3 lety +95

    Yaa Oromoo Sirba Kana guyyaa tokkati Million Godha!!💌💌😢

  • @kurkegenati4963
    @kurkegenati4963 Před 3 lety +36

    Ija kenya qaraa ilala hafeme hacekoo garaa kenyatu gubate gotakoo 😭❤❤❤❤❤

  • @aseteralamu4197
    @aseteralamu4197 Před 3 lety +73

    ጀግና መቼም አይሞትም ሁሌም በልባችን ይኖራል የሞቱት የገደሉ ሰዎች ናቸው ሀጫሉ የሁላችንም ልብ ውስጥ ለዘላለም ይኖራል እግዚአብሔር አምላክ ነፍሱን አፀደ ገነት ይንርት የልቤ ስብራት፥የአካሌ ጠባሳ
    ሆኖብኝ ይኖራል ሀጫሉ ሁንደሳ ከመነጠቃችን አመት ሙሉ ፍትህ መነፈጋችን የበለጠ በሽተኞች አድርጎናል💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤

  • @user-ko6vj1nf2x
    @user-ko6vj1nf2x Před 3 lety +17

    እኔ ትግሬ ነኝ ግን የሃጫሉ ሙዝቃ ስሰማ ውስጤ የሆ ነገር ይሰማኛል እፍፍፍፍ ነብስ በአፀገነት ትኑር

  • @GammeAdisu
    @GammeAdisu Před 3 lety +25

    wow Hacee NU keessa jrta yoomiyyuu
    Ati duutees ni jiraatta Goota Koo

  • @fatiyaamaan6645
    @fatiyaamaan6645 Před 3 lety +33

    ሀጩ ውስጤ እንደእሳት እያተቃጠለያለ ነው 😭😭😭😭😭😭😭

  • @wycliffewafula-fz8ox
    @wycliffewafula-fz8ox Před rokem +11

    May his soul continue resting in peace 🙏🏾,i'm enjoying his music in 🇰🇪,even though I can barely understand, though,I'm feeling the rhythm ✌️🇪🇹

  • @zeeniyunus4873
    @zeeniyunus4873 Před 3 lety +8

    Akkuma keessi koo lalaa'e onneen ilmaan oromoo hundii lalaa'era kan shakkin qabu

  • @haannaagosaa3673
    @haannaagosaa3673 Před 3 lety +14

    Waa'ee kee waan jedhu waalala hacee koo 😭😭😭😭💔💔

  • @shagekelifak1352
    @shagekelifak1352 Před 3 lety +7

    Biyyen naa haa nyatuu dhugaa koo ❤️ 😭 ☝️

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa Před 3 lety +6

    Waan himaan nama waalachisaa
    Haacee ko gaariin laafaraati hin baarakatuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 Před 3 lety +4

    RIP Hacee ❤💚❤💚❤ dhugaa kee Rabbiin nuuf haa baasuu 🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭

  • @masqalii2489
    @masqalii2489 Před 3 lety +6

    😭😭😭😭 nan yaadin halalaa teese dafii kotu yoo dandesse

  • @qeerookoo6462
    @qeerookoo6462 Před 3 lety +6

    akkaa namnii gadii hin dhifanee kophii ratii ergaa namaa gadii dhifatee iratii akkaa gubatuu

  • @hayethusen2134
    @hayethusen2134 Před 3 lety +6

    Hacee koo yomuu atii demtus yomuu sin daganuu♥️♥️😭😭😭

  • @AbdulApp
    @AbdulApp Před 3 lety +9

    Hachaluu always you are in our heart ❤

  • @takelederesa8246
    @takelederesa8246 Před 2 lety +1

    ጀግና መቼም አይሞትም ሁሌም በልባችን ይኖራል የሞቱት የገደሉ ሰዎች ናቸው ሀጫሉ የሁላችንም ልብ ውስጥ ለዘላለም ይኖራል

  • @abalarabya5915
    @abalarabya5915 Před 3 lety +3

    Norruu hacce ko 😍🙏😥 qalii ko sibilalee sibbilatuu qaraa dhugaan namaa galgalaa galaa 🙏😥😥

  • @sifendefaru793
    @sifendefaru793 Před 3 lety +2

    Hacekoo ❤️💚❤️
    Guddaa koo
    Dhiraa koo... nan gaabbe sii dhaabuun

  • @obseeshow9855
    @obseeshow9855 Před 3 lety +4

    Wow qalii ilmaa oromoo ati hin dunee jirtaa❤️❤️❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪👌

  • @metii5816
    @metii5816 Před 3 lety +8

    Esaa jirtaa lataa gotaakoo yaa waqayyoo mucaa dhugaaf jedhe lubuu saa dhabee kana motuma kee idoo araa galfii sana kennif😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @maatiijaalala
    @maatiijaalala Před 3 lety +3

    Hacee koo 😍😍😍😭😭😭😭 malii godhaa ree garaa naa gubate uuuuuufff

  • @AbdoHassen-r8u
    @AbdoHassen-r8u Před 23 dny

    Lubbuun dhiiraa takkuma Ufii duutee ummata kan Kee gabrummaa jalaa baafte 😢😢😢😢😢

  • @deyasdeme
    @deyasdeme Před 3 lety +2

    "Egaa!, miidhanii deemurra, Miidhamuutu caala!" Ati nuu, Oromoof jecha miidhamte!💘💔

  • @blackman3470
    @blackman3470 Před 2 lety +1

    የእውነት ለህዝብ ኖሮ የሞተ ሀጫሉ ነውሁሌም አትረሳንም ሀጩኮ የኔ ጀግና ሁሌም አለህ በውስጣችን ግን ኖረህ የሰራሀውን ስራ ብታይ ደስ ይለኝ ነበር ሀጩዬ ነብስህን ይማረው የኔ የዋህ

  • @alimakumbi1373
    @alimakumbi1373 Před 3 lety +1

    Hacee essaa sii deebiifna ree ammaa duaa kee hanga Amma amanuu hin dandeny . nagayaan booqadhu hacee 😭❤️❤️❤️

  • @senakooyoutube6871
    @senakooyoutube6871 Před 3 lety +2

    Welcome hacuu koo itii mudaa yaa ijolee oromo maloo 💪💪💪💪🐅🐅

  • @biretube5899
    @biretube5899 Před 3 lety +2

    😭😭😭😭😭gubaachaa jiraachuudha hacee koo luubuu kee boqonnaa haa argaatuu sin iraafaadhuu

  • @alamii948
    @alamii948 Před 3 lety +1

    Yaa Hacaaluu hundeessaa Wayyooo Nama Akakeeti Echaa Funakaaa😍😍💔💔

  • @danyebulto8218
    @danyebulto8218 Před 3 lety +1

    Kurke Genati
    13 hours ago
    Ijan Ala ilaalla hafnee hacekoo garaa keenyatu gubate goota koo!!!!!1 Essaa si finaree qaalii koo😭😭😭😭💔😭😭😭😭

  • @masqalii2489
    @masqalii2489 Před 3 lety +4

    Yaa waqayyoo koo wanti hunduu harka kee keessaa jiraa ati nuf barbadii dhiigaa haccee adarraa

  • @oromootube9491
    @oromootube9491 Před 3 lety +1

    🥺🥺🥺🥺🥺😭😭😭😭😭uuuuuffff wayaa yarabii gubanee gumaa kelee basuu dadhabanee wayaa caraa oromoo gumaa kee rabinii si haa basuu homaa gochuu dadenee imimanaa malee ❤💚❤

  • @tizazukelbesa962
    @tizazukelbesa962 Před rokem +2

    Oh god ምን አይነት ልብን ሰብሮ የሚገባ ሙዚቃ ነው 💔

  • @meserettarich6915
    @meserettarich6915 Před 3 lety +2

    Rabii namaa quliqulotaa walini siyatesisuu quliqulu koo

  • @abduabatu4377
    @abduabatu4377 Před rokem +2

    The Best song of the Album if not from the entire Songs You made🔥

  • @feysalhamzza2084
    @feysalhamzza2084 Před 3 lety +6

    Hero's never die ! Your legacy will continue forever

  • @user-rd3yt6kq4x
    @user-rd3yt6kq4x Před 3 lety +13

    ወይኔ እንዳተ ሞት የቆጨኝ የለም😭😭😭

  • @daymemuhammad6185
    @daymemuhammad6185 Před 3 lety +5

    Sagalee kee dhageenaan osoo hin beknee imimaa lolasaa ani hacee koo fayyuu didee garaan koo yaa mucaa onnee sibilaa Osoo lalee siin qufiin sii dhabnee dhalatuu loonii yero dhalatuu laluun namati tolaa haacee mucaa kichuuu osoo edoo guddaan sii egnuu karatii nujalaa haftee
    Du'ee kee amanuu banulee waan rabbi fidee hundatii amanuun dirqamaa kaa du'ee hin galuu maal siif tanuuree lencaa koo

  • @helenyemebetelj6009
    @helenyemebetelj6009 Před 3 lety +1

    ሁሌም አትረሳንም ሀጩኮ የኔ ጀግና ሁሌም አለህ በውስጣችን ግን ኖረህ የሰራሀውን ስራ ብታይ ደስ ይለኝ ነበር ሀጩዬ ነብስህን ይማረው የኔ የዋህ

  • @beytubeeki251
    @beytubeeki251 Před 3 lety

    Ayii hacee mootii sirba gaanfa Africa ati yoomuu nu keeysa jiraata hanga oromoon lafa kana irraa jiraatu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Garuu waaqni dhugaa kee haa baasu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @warqiitaddasa5194
    @warqiitaddasa5194 Před 3 lety +4

    😭😭😭😭qaali keenya dhuga kee waqqayo yaa basu hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔Seenaa si daagaatu hacee koo

  • @netsitube8346
    @netsitube8346 Před 3 lety +1

    Hache koo wude ye egr esat honkbign
    Jegnaye hulem bihon belibe aleh😭😭😭

  • @shukriijamaaloficial2175
    @shukriijamaaloficial2175 Před 3 lety +5

    Uuuuu jedhee iyyuu
    Yoon iyyes maalan buusa
    Gumaake dhabee akka
    Waraabessaa alkani guyyaa yuusa
    Ati goota keenya
    Goota Keenya qaali
    Nuti si yaannem haceeko
    Koottuti nu laali
    Nuti si yaadannaa
    Arras tahee boruu
    Maqaankee haceeko
    Galmee Seenaa haa koru. 😥😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👍👍👍👍👍👍👍

  • @nhialreathnyuon8029
    @nhialreathnyuon8029 Před 2 lety +2

    Hundessa,
    You made Ethiopia very great in music..

  • @mariyambintmuslimuae4337
    @mariyambintmuslimuae4337 Před 3 lety +2

    Haccuu koo atii dunee waraa sii ajjeesse sana kan du'e😭💔

  • @fatimah09alkmm22
    @fatimah09alkmm22 Před 3 lety +1

    Haccee waani ittii sii ibsuu na hanqaata goota koo

  • @ililliiali6802
    @ililliiali6802 Před 3 lety +3

    Seenaa rirmi hin nyaatu akka atu jiraata bara baran jiraata love you 💗💓💓💕💕

  • @sabotuusabaa6998
    @sabotuusabaa6998 Před 3 lety +2

    Hacee koo ijii nu imimaani garaan nu maddaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @emuuoroyoutube7536
    @emuuoroyoutube7536 Před 3 lety +2

    Hacee Koo ani Kee kana obsu hin dandenye 😭😭😭😭😭😭😭😭 I'mis you 💞💞💞💞

  • @hijramedia3287
    @hijramedia3287 Před 6 měsíci +1

    Hachalu hundessaa my oromo end Africa king👑👑👑👑👑🙏🙏🙏🙏

  • @shaamsiyaajaanboo8792
    @shaamsiyaajaanboo8792 Před 3 lety +1

    Uuuuuuuuuuf haaceee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭raabiin gumaa kee haa baasuuuuuu

  • @tsihobeqele2351
    @tsihobeqele2351 Před 3 lety +2

    Utu namni hundi akka kooti yaada taa'ee yoona guddane ture hunkan hacaluuf miti waali keenyafiyyu waali hn yaadnu

  • @oromiyaahaacaaluu4537
    @oromiyaahaacaaluu4537 Před 3 lety +6

    Essa si finaree qaalii koo😭😭😭😭💔😭😭😭😭

  • @mommona7380
    @mommona7380 Před 3 lety +1

    uuufffeee Haacee Yoomiyuu Onee keenyaa keessaa jirataa GOOTAA keenyaa 😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢.

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 Před 3 lety +1

    ❤❤❤❤😭😭😭😭jechootaa kee dhagefatani hin qufaani mee hacee koo lubbun kee yaa boqotuu egaa malii jenaa kan biraa

  • @jamilajamila2826
    @jamilajamila2826 Před 3 lety +4

    Esa sii fina ree😢😥

  • @robsengindo3457
    @robsengindo3457 Před 3 lety +4

    Haaceekoo you live in my heart still now!

  • @madenahassan696
    @madenahassan696 Před 3 lety +1

    Qalii keenya
    Hacee ati kun bar💔😚

  • @feneetube9878
    @feneetube9878 Před 3 lety +1

    Wan sif Goonu wa hin qabnu Rabbi Janata isa keessa si ha Kaayu😭😭😭🤲🤲🤲

  • @telilezerihun9888
    @telilezerihun9888 Před 3 lety +2

    Let his death be our strength as he has said "Galanni isaaniif haa ta'u
    Lafee isaaniitiin ijaaramne
    Dhiiga isaani nu waal suphine
    Tooftaa diinaa itti dammaqine
    Yaddoo taanee yaadesine..."
    Hachee koo♥️

  • @bonakadir9625
    @bonakadir9625 Před 3 lety +1

    Dhuma albamii isaati yoo jettan waatu kokkee koottu narakkate

  • @bonakadir9625
    @bonakadir9625 Před 3 lety +1

    Hattoonni dursani gadi dhiisan youtube irratti rabbi hin nyaachisin dhugaa ufff oromoo

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    Osoo kan du'ee galee maal qaba yaa rabbi siif safuu yaa du'aa 😭😭😭

  • @mahbubatube4986
    @mahbubatube4986 Před 3 lety +1

    Haccee gotaa oromatichaa
    Biyyooni sitti haa salpheetu
    😭😭😭💔💔💔💔💔

  • @husseinamman693
    @husseinamman693 Před 2 lety +7

    We never forget you Haacaaluu hundessa love you for over 😓❤️🙏
    Legend ✊

  • @shasheeshowgalaxys9918
    @shasheeshowgalaxys9918 Před 3 lety +2

    hacee Moottii Adunyaa💕💕💕

  • @bonakadir9625
    @bonakadir9625 Před 3 lety

    Nama isa ajjeesse rabbii iftuudha nu arguu dadhabnee yaa rabbii sii iftuudha

  • @mathewbekele1987
    @mathewbekele1987 Před 3 lety +4

    Hacee, ati bara baraan onnee uummata keeti keessa jiratta💔

    • @mastumasarati2168
      @mastumasarati2168 Před 3 lety +1

      Hacee koo ati bara barman onee UUfaataa keesaa jiratta qomo koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @batishow6190
    @batishow6190 Před 3 lety

    Gadda kee jirru kana keessaa bahuu dadhabnee bar giifti duree kiyyaaafii daa immankeef oobsaafi jajjabina rabbi hakennuuf

  • @urjiisanyiihaceehundesa7903

    Malooo nuu gabii sabin keee mal kesaa akka jiruu lalii mee jaba koo😭😢😭😢😭😭😢😭😢😭😭😭😢😭😢😭😭😢😭😢😭😢

  • @abdikoosumayaahadhakoo5455

    Hanga yomitii garuu oromumma kenyaa jecha gootni kenyaa motini kenyaa qaalin itti waregamaa hacee Ati nama senaatii waan ta,ef yommiyyuu kessaa ummata kenyaa keesa jirataa lubbuu kee waqqayyo gooftan mirgaa qulqullotaa nuuf yaa dhabuu 🤲🤲

  • @samisol9615
    @samisol9615 Před 2 lety +1

    በዚ ዘፈን am obsessed ትርጉሙን የሚያስረዳኝ ካለ በቅድሚያ አመሰግናለሁ

  • @kedirfamily3370
    @kedirfamily3370 Před 3 lety +1

    Hachuluu onee kenyaa cabsite yoomiiyuu onee tenyaa keessa hin baduu

  • @rozatube1702
    @rozatube1702 Před 3 lety +2

    😭😭😭😭 ana nyatu hacekoo duba si nyatee uuuuiuuuuuuuuufi gubbate garankoo

  • @hawiadem1852
    @hawiadem1852 Před 3 lety +1

    Lecaa Nama haccee haqaa kee rabbi haa basu😭😭😭😭💔💔🖤

  • @afomiyaayetawadolej1487
    @afomiyaayetawadolej1487 Před 3 lety +1

    Qulqulluu akkaa bishaani sii kaa haccuu koo Enyuu kaan biraa waan dubbate ifaan rawwatu qalii umataa oro aaaaa hacceee koo waa'ee kee dubachuf jechaa qabuu maalin sii ibsaa enyuu sii madaala haccee ilmaa hundesaa gudisaa gudatuu dhiraa gafaa xiqii gootaa gafaa adawaa hacee koo sii dhabun keenyaa nuuf yoom nuuf tolee kunoo dhigaa bonyuu har'aa genyee haqaa kees dhabanee siis dhabanee haccee maali mee badii keee maalif sii haatani maaf siit jajaajarin kichuu nuu jalaa kutaani isaan waari Abbaa garaa kaan waqqaa sodanee maalif mee haccee nuu samatani .....

    • @zaramusaendirszaramusaendi7936
      @zaramusaendirszaramusaendi7936 Před 3 lety

      Uuuuuuuufffff waalisaa waalalen haalkanif guyyaa addaa jiradhaa boqqonnaa dhabee ano furmani maalii eegaa gummaa isaas haccees dhabnee uuuuuuuuuu wayyooo biyyoof safuu kan haaccetiin nurraa fudhatee kaan akkaa haaccee hin dhalatus hin jiruu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @caltuushawwarefw1167
    @caltuushawwarefw1167 Před 3 lety +1

    Haccee kooo garani nu gubatee haccee kooo 😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @user-gz5eh6ne7l
    @user-gz5eh6ne7l Před 5 měsíci

    Uuuuuufiii haccaalluu garanugubani maalligonnaa kani ajesitte Rabin ibda azaba ishiihaguubuu sanyi hin argatani isheni

  • @anwarmum6632
    @anwarmum6632 Před 2 lety

    My Heroes..........onneee keenya keeysa jiraattaaa

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před 3 lety

    Uuuuf keessati namaa ibsa haceen wallisa qofa miti hayyudha wayoo akkamiti jirta hace nuti jiruu keessa hin jirru dhuguman siin jedha 😭😭😭

  • @keriya8867
    @keriya8867 Před 2 lety +1

    Hacee koo biyyeen sitti haa salphatu 😭😭

  • @hniimrimlijii2539
    @hniimrimlijii2539 Před 3 lety +3

    Haccuu koo gotaa kodhaa atii 🤷‍♂️

  • @ayantuabdulhamid6414
    @ayantuabdulhamid6414 Před rokem +1

    we lve this song number one for me in love song hacalu rip never forget you our hero legened king of of music indesrty great pearsen who we love until we get death

  • @mafraqzamshukri7311
    @mafraqzamshukri7311 Před 3 lety +1

    Sii dhabura ossoon abba ko dhabee hinboyuu an

  • @oromiyaabiyyaako7668
    @oromiyaabiyyaako7668 Před 3 lety +1

    Uuuuu Gootaa ko yommu onee kenaa kessaa jirita

  • @jibatkumsa8507
    @jibatkumsa8507 Před 2 lety +5

    I can't stop listening to this music as if I regret refusing to forgive someone

  • @LijdaniGojam
    @LijdaniGojam Před 2 měsíci +1

    I love haace music but I I don't understand 😢

  • @fatiahallo7008
    @fatiahallo7008 Před 2 lety +2

    Message from oromo and borana 😭😭😭😭😭

  • @astergirmaa8571
    @astergirmaa8571 Před 3 lety +2

    Haacalu koo gotaa ijaa oromo waqqayyoo biyye sitti yaa salphisuu 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 Nuf jette lubbu kee arsaa gotee ☝️☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @user-sk4xb4pg7e
    @user-sk4xb4pg7e Před měsícem

    እንድት እንደምወደው😭😭😭😭😭😭
    😭😭😭😭😭😭😭አንተን የገደሉህ ነፍሳቸው አይማር ደምህን ያወጣልህ

  • @oromotiktokdance7698
    @oromotiktokdance7698 Před 3 lety +2

    Hacekoo my king 👑 your forever in our heart my hero ❤️💔😭😭😭😭

  • @lomilomi7873
    @lomilomi7873 Před 3 lety +1

    Maal gonaa silaa si galfannuu garuu nuu keessaa jirtaa yoomu ❤❤🐅🐅🐅🐅🐅leenca koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @gemechuaman5522
    @gemechuaman5522 Před 3 lety +8

    Haacalus dhabnee Haqa isaas dhabnee !!

  • @halafiyashetuni6527
    @halafiyashetuni6527 Před 3 lety

    Biyena siti hasalapatu hacuu koo gubane hin fayinu nuti oromona abadana 💘💘💘💔💔💔💔💔❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh1120 Před 3 lety

    Hacee koo nagayatti atti hin dhuftuu nuu sii biraa dhufaa malee rabbii nsmsii kee haa maruu gumaa kee rabbii haa basuu hacee gafa xiqii senan sii dagatu yomuu hacee koo Ahhhh

  • @metiayele3319
    @metiayele3319 Před 2 lety +3

    Your voice plays in the background of all my memories 🥺❤️ Legends never die !!

  • @astersanyiiihacaluuhundees6369

    Mee kootuu haceekoo 😭😭

  • @abdallaaahamad8859
    @abdallaaahamad8859 Před 3 lety

    Wahii jiru duniyaa silaa dura jirtee hacaluu koo ati hin du,utu 😭😭😭😭😭😭😭

  • @Naolema
    @Naolema Před 4 měsíci +1

    Miss You 🥺Hacee Koo💔🥺

  • @qananiidaadhii7800
    @qananiidaadhii7800 Před 3 lety +1

    Yomuu onnee kenyaa kessaa jirtaa