Video není dostupné.
Omlouváme se.

Hir-koo Kutaa 10ffaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 11. 09. 2023
  • Hir-koo Kutaa 10ffaa

Komentáře • 293

  • @alexokelb2254
    @alexokelb2254 Před 11 měsíci +5

    Waaqoo fi Obaamaan dhandhama addaa ittii godhaa jiru dhugaa jiraadhaa❤❤

  • @user-py4ny3yk5f
    @user-py4ny3yk5f Před 11 měsíci +1

    Wawwww aadaa oromoo dhokaate baasa jirtuu jabaadha oromowwaan koo baga bacaaqii gannaa baatanii boqaa birraa argitaan ❤❤❤❤

  • @diboradibora9364
    @diboradibora9364 Před 11 měsíci +2

    Osso anii jartii qabo ta'ee inaafaan naa ajeesaa saroo waqaa obsaa siif Haa latuu😂😂egaa 😂😂

  • @samiraasadda8262
    @samiraasadda8262 Před 11 měsíci +2

    Wayy hirkoo ufata irraa ergifadhuu dukkaa deemii 😂😂😂❤❤❤❤❤❤

  • @AhSy-km1cz
    @AhSy-km1cz Před 9 měsíci

    silaa isin jaaladha baayyee garuu beeksisa xiqqoo tanaaf jecha isin daawatuu dhiise adaraa beeksisaan ala yoo isiniif dandahame yaalaa ulfaadha♥️

  • @user-lx9pt7qs5e
    @user-lx9pt7qs5e Před 11 měsíci +1

    Ababoo baay,ee isaarraa bareefajiraa❤❤❤❤❤❤❤

  • @kennaaraabbiidsqq9513
    @kennaaraabbiidsqq9513 Před 11 měsíci +1

    Bagga gessan namatii toluu dhugaa 🎉🎉❤❤❤❤

  • @ebisarefisa553
    @ebisarefisa553 Před 11 měsíci +6

    What a generation ❤❤

  • @gelanemegeresa-nb8xc
    @gelanemegeresa-nb8xc Před 10 měsíci

    Ammata hin xuqiinaa😮😮😮😮 wanii kanaraa hafee jabadha

  • @demegudeta189
    @demegudeta189 Před 11 měsíci

    "Arraba kee tufta!" What a word😁😁

  • @bilanharawa45
    @bilanharawa45 Před 8 měsíci

    Hojiin keessan ilaalamees dhaga'amees hinquufamu. Isa dhugaa👌

  • @jgyvhhvtfv6791
    @jgyvhhvtfv6791 Před 11 měsíci

    Wwwwoooowww maatin diramaa kana hojjetani bayee garidha jabadha

  • @omermakeup9080
    @omermakeup9080 Před 11 měsíci

    Hirko.wajikee.namonii.jalatanii.lakii.God ha a.ormokoo😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @dekebobedhu1453
    @dekebobedhu1453 Před 11 měsíci

    Jabaadhaa haaluma kanaan itti fufaa. Baayyee isin jaalannaa!

  • @kindebuli3098
    @kindebuli3098 Před 11 měsíci

    Ergaa gaarii dha. Jabaadhaa qaxaaleewwaan koo

  • @naolabebe402
    @naolabebe402 Před 11 měsíci +2

    Wow bayye ajaa'ibaa!!❤❤

  • @aishakayo286
    @aishakayo286 Před 11 měsíci

    Bagaa ayanaa wagaa geetani umataa jalalaa ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @belachewhailu6378
    @belachewhailu6378 Před 11 měsíci +5

    What a generation, instructor!

  • @sabboontuuwallaggaalixaa
    @sabboontuuwallaggaalixaa Před 11 měsíci +2

    Bagaa nagan dhuften❤❤

  • @user-fj2pj4lp5i
    @user-fj2pj4lp5i Před 11 měsíci +1

    Jabadhaa baayee tokkoo namatii tolaa!!

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel7847 Před 11 měsíci +1

    Yaa hojii kee qaboo❤❤❤❤❤❤❤

  • @genetgenet9909
    @genetgenet9909 Před 11 měsíci

    Bagaa baraa harawaa isiin gahe maattii jalalaa ❤❤❤❤❤❤

  • @KennaDerartu-jv8ob
    @KennaDerartu-jv8ob Před 11 měsíci +1

    Bagaa Geessani udii keessan ❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂

  • @jamilajami5653
    @jamilajami5653 Před 11 měsíci +1

    Bagaa ittin isin ga,ee ❤❤❤❤❤❤

  • @keolBedasa
    @keolBedasa Před 10 měsíci +1

    What a generation ❣️❣️

  • @Abdiimedia-gd4is
    @Abdiimedia-gd4is Před 11 měsíci +1

    Jabaadha hedduu das jedha ❤

  • @ArezakDawa
    @ArezakDawa Před 11 měsíci

    diraamaan kun kutaadhaan haa dhihaatuu malee; walitti hidhata hin qabu.

  • @DeboNebi
    @DeboNebi Před 11 měsíci +1

    Bareeda jabaadhaa

  • @fileembaralaamuu7974
    @fileembaralaamuu7974 Před 6 měsíci

    Shamarran baay'ee danda'u. Hojichi dhuka hawaasaa keecha jira,waan hawaasa keessa jiru kana bifa kanaan qindeessanii hojjechuun mataa isaan cimina waan ta'eef akka bareedatti qindaa'ee hojjetame.

  • @ZubeydaM
    @ZubeydaM Před 8 měsíci

    Kkkkkkk isin hundi qarredha! Yaa irkoo abba qoosa

  • @Cushitics
    @Cushitics Před 11 měsíci +2

    Garuu hundaa keessan keessaa maaliif namonni muraasi waan aadaa oromoo irraa hin eegamna uuffataa?as keessatti uuffataa aadaa oromoo fi uuffataa aadaa habashaa arga jirra.keessumatti intaloon waaqoon tiyyaakoo jedhun sun waan habashummaa calaqqisisa jirti.warri waa’ee oromoo beektan waa’ee oromoo isaan barsisa please.yoo oromoo miti tahemmoo afaan oromoo kan ittin daldalaan miti,akkasumas sabaa oromoo kanaa booda oromoo fakkaatani waan habashaa calaqqisisuu uffaachun hin danda’amu.kanaaf waaqoofi harmeen ayyuu ijoollee durbaa kana lamaan dubbanna isaanii qofa osoo hin tahin hojii isaatininis oromummaan calaqqisisu qabu.ijoollee durba kun lamaan uuffataa aadaa habashaa uffattee dhufuun dura waan oromoo fakkaatu uffataani dhufuu qaban turan,kan immoo kan gochisisuu danda’uu Waaqoo fi harmee ayyuuti,galatooma.

    • @kafalekissi8657
      @kafalekissi8657 Před 11 měsíci

      PPPPPPPPPPPPPPP sitti hin hafne! Garee cimoo kanatti qubaakee qabuun/qeequuf yaaluukeen dura qubee Afaan Oromoo sirreessitee barreessuuf qayyabadhu.

    • @Cushitics
      @Cushitics Před 11 měsíci

      @@kafalekissi8657 irraa deebi'i dubbisi namicho.

    • @shemsuradi9659
      @shemsuradi9659 Před 5 měsíci

      Assi jalaa demtee afaan hin baaninni usii diraahamaa ilaaluu hinbeektuu????

  • @kafalekissi8657
    @kafalekissi8657 Před 11 měsíci

    KKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKKK AY HIRKOO BAAYEEN JAALLADHE DHUGAA.GO ON!

  • @zeytunaaahmed7264
    @zeytunaaahmed7264 Před 11 měsíci

    Wowwwww heduu namatii tolitaan jabadhaa nufii jiradhaa ❤❤❤❤

  • @user-iy8oq3zx7z
    @user-iy8oq3zx7z Před 6 měsíci

    Dirama oromeffa yeron jalladhu jalqaba koti...garu hirkof tiyyan jaalalli isani dhuga kan natti fakkatu anuma qofa

  • @jituutamiraat8250
    @jituutamiraat8250 Před 11 měsíci +1

    Baga geessani ❤❤❤❤❤

  • @onlyjesus7594
    @onlyjesus7594 Před 11 měsíci

    Adaa oromoò miidhagduu bonsituu❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @etagegndemena2069
    @etagegndemena2069 Před 11 měsíci

    Guyyaa shan ykn ja'a sun essayyu hin dhufne yoon jedhu biyyoon guddattan waggaa tokko keessa ji'a ja'a ykn ji'a shanif ji'in kan xummuramu guyyoota 31 jechuudha biyyi keenya immo ji'oota 12 nu guyya 30 qofan xummura kanaf dhufatin qaqume isa kanadha.

  • @firoohailu1700
    @firoohailu1700 Před 9 měsíci +1

    What a generation

  • @miserms4091
    @miserms4091 Před 11 měsíci +1

    Wow jabaadhaa ❤

  • @rastamjemaal7485
    @rastamjemaal7485 Před 11 měsíci +2

    Akkam namatti tola🌹

  • @lalisakebede7324
    @lalisakebede7324 Před 11 měsíci +1

    Ayi Hirkoo! Na ajjaafte kolfaan

  • @tonyyazbeck4770
    @tonyyazbeck4770 Před 11 měsíci

    Baga bara haaraan isin ga’e maatii hirkoo ❤❤❤

  • @GamsisYadessa
    @GamsisYadessa Před 11 měsíci +1

    Really 😂😂😂😂 it is so interesting

  • @AbyatarSeyoum
    @AbyatarSeyoum Před 11 měsíci

    Baga geessani hundi keessan❤❤❤

  • @jgyvhhvtfv6791
    @jgyvhhvtfv6791 Před 11 měsíci

    Weelkami baga nagani dhuftin

  • @user-sl9oq8fn6g
    @user-sl9oq8fn6g Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ hir-koo si ibsuudhaaf jechan dhabe

  • @EfaBula-fu6xp
    @EfaBula-fu6xp Před 11 měsíci

    Diraama Bareedadha namatti Tola garuu akkuma kutaa diramichii kutaa walfakkaatu fakkeenyaa akka diraama kiyyoo yeroo sana immoo caalattii namatti Tola hora bulaa nuf jiradha

  • @boranashow7658
    @boranashow7658 Před 11 měsíci

    Instructor ba'ayyee namati toltan dhugaa

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 Před 11 měsíci

    Ani numaan koflee wlhi waaqoo kana irraa akkam taana mee haas hima natti 😂😂😂😂

  • @danielwakjira3230
    @danielwakjira3230 Před 11 měsíci

    Walaloon kee na gaheera, mataa duree jechuu kooti😅😅😂😂😂

  • @Ovapromotions
    @Ovapromotions Před 11 měsíci +1

    Hirko Kuma nuuf jiraadhu ❤

  • @seifuberhanu4885
    @seifuberhanu4885 Před 11 měsíci

    Wwwwwww Hirkoo jabaadhu

  • @dhhhdxhhhd7512
    @dhhhdxhhhd7512 Před 11 měsíci

    Baay'ee nmti toltu please xinnoo sagaale keessan nuu dabala

  • @bayisegudisa7389
    @bayisegudisa7389 Před 11 měsíci +1

    Wayyoo!! waaqon sirbe kà😂😂🎉

  • @gamachudaraje1066
    @gamachudaraje1066 Před 11 měsíci

    What do we see in the main what kind of kids are coming out there please keep it up ,be strong

  • @kumibahrain8137
    @kumibahrain8137 Před 11 měsíci +1

    waaqoo koflaan Nuun jeefte❤❤❤❤❤🎉🎉😂😂😂😂

  • @user-tu6vs6cm6x
    @user-tu6vs6cm6x Před 11 měsíci +1

    Tiyya kee baredudha❤

  • @harbuuoromiyaa2471
    @harbuuoromiyaa2471 Před 11 měsíci +1

    🤣🤣🤣🤣walalochi maraataa dha hhhhh

  • @hamzasutech3522
    @hamzasutech3522 Před 6 měsíci

    Jajaabadha 😍😍❤❤

  • @AdemHussein-ix7qo
    @AdemHussein-ix7qo Před 11 měsíci

    Waaqoo koflaan nu jeefte jabaadhu

  • @malkee.-olana
    @malkee.-olana Před 11 měsíci +1

    baga geessan!

  • @looyangalaantube7322
    @looyangalaantube7322 Před 8 měsíci

    Hirkoo so funny wollaji😂😂😂

  • @tamesgengabul1134
    @tamesgengabul1134 Před 11 měsíci

    Baga geessaan 🎉🎉🌼🌼🌼

  • @Dibaba_Gonfa54
    @Dibaba_Gonfa54 Před 11 měsíci +1

    Wow amazing🎉🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @user-to8yh4xj4x
    @user-to8yh4xj4x Před 9 měsíci

    Barri bara Hirkoo siif haa ta'u!!😂😂

  • @user-wo8nd3is3t
    @user-wo8nd3is3t Před 10 měsíci

    jabaadhaa hojii gaaridha

  • @kafalekissi8657
    @kafalekissi8657 Před 11 měsíci

    JABAADHAA DHUGAA BAAY'EE GAARIIDHA

  • @YerosenKedir
    @YerosenKedir Před 6 měsíci

    Ay wako wojjii ke nyaadhu😂😂

  • @ibraahim357
    @ibraahim357 Před 10 měsíci

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂kolfaa nuu fixee hirkoo dhugaa rabbi

  • @ayantuayantu2300
    @ayantuayantu2300 Před 11 měsíci

    Bagaa gesani 🌻🌻🌻 hirko 😁😁😁🤗🤗

  • @seenaa541
    @seenaa541 Před 11 měsíci

    Eeere waaqoo hoji kee🤣🤣🤣🤣🤣❤️❤️❤️❤️

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před 11 měsíci

    Kkkkk hoji kee nyadhu waqoo akkuma gowaa godhata

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz Před 11 měsíci +2

    🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️💯

  • @nagaraolii8779
    @nagaraolii8779 Před 11 měsíci

    Congratulations
    Weel came ❤❤❤❤🎉

  • @user-lx9pt7qs5e
    @user-lx9pt7qs5e Před 11 měsíci +1

    Waqoooo😂😂😂😂😂😂

  • @namaftola8695
    @namaftola8695 Před 11 měsíci

    I just really like!

  • @ibsaoromia4152
    @ibsaoromia4152 Před 11 měsíci

    Hir_koo fi Haarmee Haayyuu✌🙋🙋😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Před 11 měsíci +1

    Baga gessanii❤😂

  • @hawwiichimdesaa3509
    @hawwiichimdesaa3509 Před 11 měsíci

    Wayii qaboo hojikee😂❤😍

  • @dirro8786
    @dirro8786 Před 11 měsíci

    Happy new years of family hir-koo

  • @nurehd411
    @nurehd411 Před 11 měsíci

    Dhugaa akka addam dhaabane drama kun

  • @TsionMelaku-ro5gl
    @TsionMelaku-ro5gl Před 11 měsíci

    Namatti tola jabaadha

  • @motibt4487
    @motibt4487 Před 11 měsíci

    Waw utuun eeguu❤❤❤❤

  • @user-ff2hr7et5u
    @user-ff2hr7et5u Před 11 měsíci

    Baay'ee bareeda jabaadhaa!!!!

  • @obsibayisa3345
    @obsibayisa3345 Před 11 měsíci

    Kiyaan irkoo bay'ee namatii toltii kesumaa ilkanshi isaa waliratui biqilee sanaa namatii tolaa

  • @GguFg-rf3rf
    @GguFg-rf3rf Před 11 měsíci +1

    ❤❤❤dhuftaanii❤

  • @tejituurgaa2902
    @tejituurgaa2902 Před 11 měsíci

    Hirkoon naah nama kolfiisista😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 bg gesssan bara2016

  • @Bashaa-vp5ss
    @Bashaa-vp5ss Před 11 měsíci

    Instructor what generation 😂😂😂😂😂😂😂

  • @user-ng3kx3mi6p
    @user-ng3kx3mi6p Před 11 měsíci

    Waaqoo kuma jiradhu

  • @isimiihashim4123
    @isimiihashim4123 Před 11 měsíci

    Bagaa gessnii matii jalalaa❤❤

  • @Gechi2499
    @Gechi2499 Před 16 dny

    Amazing

  • @Bashaa-vp5ss
    @Bashaa-vp5ss Před 11 měsíci

    Instructor what generation

  • @ashetuhunduma
    @ashetuhunduma Před 11 měsíci

    Waaqoo, Amaanu'eel, Abaaboo, Edeniifi mucaa gaazexeessaa nana... sirriidhumatti dandeessu! Kunneenis jabaadhaa!

  • @belayenshbacha3303
    @belayenshbacha3303 Před 11 měsíci

    ❤❤❤❤bagaa geesaan

  • @jituutamiraat8250
    @jituutamiraat8250 Před 11 měsíci +2

    Hirko😂😂😂😂😂

  • @rolandroland7057
    @rolandroland7057 Před 11 měsíci +1

    Walaloo aja'ibaa 🤣🤣🤣😂😂😂

  • @ellemoqilxu
    @ellemoqilxu Před 11 měsíci

    Wow galatomaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @teshaledhufera4356
    @teshaledhufera4356 Před 11 měsíci

    Wow baayee namaati tolaa

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo908 Před 11 měsíci

    Kkkk Hirkoo😁😁😁🥰🥰🥰🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @abebechbusa4867
    @abebechbusa4867 Před 11 měsíci

    Malo hin sirbe hirkon😂😂😂😂😂😂😂❤