Hir-koo Kutaa 9ffaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • Hir-koo Kutaa 9ffaa

Komentáře • 331

  • @salihahamza9761
    @salihahamza9761 Před rokem +2

    Woyyoo waaqoo kolfaan nufixxekaa hundi keessanu 1ffaadha ❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂

  • @nurehd411
    @nurehd411 Před rokem +4

    Dhugaa rabbii otoo oromoon hundi waan bareedaa akkana hojjatee maal qaba 😂

  • @FuadSharu
    @FuadSharu Před rokem +1

    Waaqoon ammallee isheedhaan walii galaa in jiru dhugaa diraamaan Hir-koo baay'ee barsiisaadha wal fuudhaamee❤❤❤❤❤❤

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před rokem +1

    Dansaadha. Continue more language.... Jajjabaadha.

  • @kafaneeaebba8773
    @kafaneeaebba8773 Před rokem +4

    Amoo ❤Waqoo ❤ fantastic 👏
    Hundikee❤🥰

  • @zeytunaaahmed7264
    @zeytunaaahmed7264 Před rokem

    Heduu namatii tollaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo koo qaqaaliwaan koo I love you so much ❤🌳❤🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅

  • @user-tl5sy4hq5k
    @user-tl5sy4hq5k Před 11 měsíci

    Hayee misseensaa keessan ta,un barbadee
    Hojjiin keessan baayyee nutii tole jira
    Lammiiwan qalii❤❤❤❤

  • @kiyyaayoutube6050
    @kiyyaayoutube6050 Před 10 měsíci

    Dirama afaan oromoo lalee bekuu kun namati tolaa dhugaa 😊

  • @geletasedi173
    @geletasedi173 Před 8 měsíci +2

    What a generation hitititititititit !!!!!

  • @CaltuTube-fc2qo
    @CaltuTube-fc2qo Před rokem +1

    Kotaa matii nafii ta,aamee oromoo koo ❤❤❤

  • @nurehd411
    @nurehd411 Před rokem +11

    Namni Akka Koo guyyaa tokkotti kutaa 1 - 9 daawwate 😂

  • @kifleayana7273
    @kifleayana7273 Před rokem +2

    😂😂😂Ayyaana gaarii , bara milkaa’uu isiniif haa ta’uu maatii Hir-koo!

  • @genetgenet9909
    @genetgenet9909 Před rokem +2

    Wayyoo hir koo 😂😂😂😂😂 sodanii nuu keessaa hin jiruu dhugaa

  • @tajurberiso7593
    @tajurberiso7593 Před 10 měsíci

    Very very very amazing keep it up
    Baayyee jaaladheera obama$hirko

  • @obseobse563
    @obseobse563 Před rokem

    Hir koo koo akkattii atii nattii toltuu dhugaa😂😂😂😂boharsaaf barsiisaa keenyaa nuuf jiraadhaa❤❤❤🥰🥰🥰🙏

  • @jiraataadhayesuus8617
    @jiraataadhayesuus8617 Před rokem +4

    Waaqoon tokkoffaadha❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅

  • @embryologyteratology
    @embryologyteratology Před rokem +1

    Hirkoo, instructor number one.... the third is tiyyaa

  • @muddaibrahim1895
    @muddaibrahim1895 Před rokem +1

    Wow’’ Nama jechisiisa hojiin keessan jabaadhaa

  • @kuliyeejawar8935
    @kuliyeejawar8935 Před rokem +1

    Wwwwwwww waaqoo Koo saanyii gootaa dhugaa ❤💚❤️

  • @user-hz4oi1kv1d
    @user-hz4oi1kv1d Před 10 měsíci

    Akka goote natti agarsiisuu qabda Diraamaan keessan baay, ee natti tolee waan ajaa,ibaati jabaadhaa hojjedhaa galatoomaa

  • @ethionotcointech5751
    @ethionotcointech5751 Před rokem +3

    Amazing keep it up. Good job everyone ❤

  • @tomorrowkids-gv3be
    @tomorrowkids-gv3be Před rokem +1

    Hirkooko maaloo harmee hayyuu hin jedhiin adaadaa ykn Lankaamaa jedhi waami. Isheen adaadake mitimoo?

  • @user-vl5xy8cb3f
    @user-vl5xy8cb3f Před rokem

    Anii kan na dhibuu samuu hirkoo kenedhaa ayyii obbaamaa😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @yoomiilataa2599
    @yoomiilataa2599 Před rokem

    Jabaa ofii Abbaa jabeefataa

  • @tonyyazbeck4770
    @tonyyazbeck4770 Před rokem

    Yaa Hojii hirkoo Mucaa xiqqoo naat fakkata 😂😂😂😂😂😂😅❤❤❤❤❤ I loved 🥰

  • @sarchiyyee
    @sarchiyyee Před 9 měsíci +1

    Hir-koo
    Kolfaan garaa nubilcheessite 😅😅

  • @AnesaDaba-xp2pn
    @AnesaDaba-xp2pn Před rokem

    Wwww waaqoo goftaa dinaa 😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤sodaa hin qabnuu jedhee gotaa

  • @Saalmee-17galamso4u
    @Saalmee-17galamso4u Před rokem

    Waaqoo dhuguma ati nama addaati guyyaa tokko si arkee kolfuun koo hin oolu

  • @helleen4304
    @helleen4304 Před rokem +3

    Isinitin bonnaa Anii😂😂😂😂😂

  • @Adinaan.abdallaa.sheekaa

    ❤❤❤❤❤❤

  • @wakgaribinu3339
    @wakgaribinu3339 Před rokem

    Sagaleen gadi bu'aa dha; haa fooyya'u jenna

  • @alehambisa3921
    @alehambisa3921 Před rokem +1

    Lafaan itti baradhetu rakkina qaba tahe,anatu rakkina qaba tahe waan sa walale?😍waqoko❤❤

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384

    Ayii hirkoo 😊 itititi 😅😅 abdisa aga hhh

  • @waqayootikisekotianihomahi9215

    Jabadha qaxalewan ijole oromoo ❤❤😂😂😂

  • @GguFg-rf3rf
    @GguFg-rf3rf Před rokem

    Drama bareedaadhaa wallaahii ❤❤❤😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊

  • @BuloGirma
    @BuloGirma Před rokem

    Maaloo Nuuf Jiraadha Baay,ee dhuma Nu Boorsitan!!!

  • @user-mq2ib6sy3j
    @user-mq2ib6sy3j Před rokem

    Ofi ajeesuudha manaa kanaati hidhaa argaachu waan gudaadha manaa kanaati😂😂😂😂😂😂😂😘😘😘😘

  • @user-xy1ur9fy9g
    @user-xy1ur9fy9g Před rokem

    Baayyee namatti Tola dhugaa

  • @user-pc1po2nf2c
    @user-pc1po2nf2c Před 5 měsíci

    Wow 😂😂😂😂walittin boona😂😂😂😂 jabadha

  • @jgyvhhvtfv6791
    @jgyvhhvtfv6791 Před rokem

    ❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂uuuuufffff gara koo na dhukube nufi jiradha

  • @aberabulo7758
    @aberabulo7758 Před rokem

    Barsiisaatti muuddii qabachuu eegaltaniimmoo?

  • @danielwakjira3230
    @danielwakjira3230 Před rokem +1

    SODAAN NU KEESSA HIN JIRU😂😂😂😂

  • @RamseSanitary
    @RamseSanitary Před 11 měsíci +1

    Garaatan bayee olan bayee

  • @jamilajami5653
    @jamilajami5653 Před rokem

    Uuuuuufffi bagaa nagaan dhuftaan bayee isin yadee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯

  • @user-ng3kx3mi6p
    @user-ng3kx3mi6p Před rokem

    Kkkkkk waqoo bayy,ee hojjetee dhugaa baga sittii qabanahe

  • @inspireoforomiayoutubechan963

    Nuuf jiradha. Hirkoo fi barsisaa specially

  • @faxumatube5843
    @faxumatube5843 Před rokem +1

    ❤❤❤❤

  • @sabbonashaashe8674
    @sabbonashaashe8674 Před rokem

    Waaqo Koo idoo aba lata nufii busaa😊

  • @asteerrabbii-qx3xx
    @asteerrabbii-qx3xx Před 11 měsíci

    Wow wow bayyee namatii tolaa

  • @onlyjesus7594
    @onlyjesus7594 Před rokem +2

    Amazing 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @user-ux5kq1di9d
    @user-ux5kq1di9d Před rokem +1

    ❤❤❤❤ baga nagaan nuf dhuftee

    • @sinantube1
      @sinantube1 Před rokem

      Garaa nati hin jabaattin Matii naf ta'i ❣️🎉

    • @KennaDerartu-jv8ob
      @KennaDerartu-jv8ob Před rokem

      ​@@sinantube1😂😂😂😂😂

    • @sinantube1
      @sinantube1 Před rokem

      @@KennaDerartu-jv8ob mal kofalta atu kotu matii naf ta'i adaara cooqa 😪😪🤣🤣

  • @naolabebe402
    @naolabebe402 Před rokem +1

    Amazing keep it up,,,!!!!,,,

  • @alanood8132
    @alanood8132 Před rokem

    Wow bayee namti tolaa jabaadhaa❤❤❤❤

  • @teloowakwaya2349
    @teloowakwaya2349 Před rokem

    Nuuf jabaadhaa

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    Qaboon nama dhiise lukkuu waliin odeessu jalqabee ❤😂😂😂

  • @jameetubee8054
    @jameetubee8054 Před rokem +1

    Namatii tolituu dirama❤❤❤❤😅😅😅

  • @giddaatube948
    @giddaatube948 Před rokem

    Wayoooo waqooo fincan gadhifnee kolfan😢😢😢😢😅😅😅😅

  • @boonikaa
    @boonikaa Před rokem

    Wow 🤩 amazing 🤩 thank you 🙏

  • @ImanShafi-vm2os
    @ImanShafi-vm2os Před 11 měsíci

    Bayee gariidhaa irkoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tjtj2806
    @tjtj2806 Před rokem +1

    😂😂😂😂😂😂 wow wow bayeee namaatii tolaa oromoo kenyaa kolfaan nuu fixaan

  • @hinkosatemesgen9268
    @hinkosatemesgen9268 Před rokem

    Dhifaama #milkeessa hojii kan keessa maalif hin galchine

  • @Hawa-lb2xz
    @Hawa-lb2xz Před rokem

    Hedduu namati toltuu jabbadha

  • @BekoSol-c8p
    @BekoSol-c8p Před rokem

    Funny Job I like it.

  • @ibraahim357
    @ibraahim357 Před 11 měsíci

    Ok jaabba ko jaabadhu dhugaa waaqa

  • @user-hh7up8sd8c
    @user-hh7up8sd8c Před rokem

    Kolfaan nu fixxan ijjoollee

  • @tejituurgaa2902
    @tejituurgaa2902 Před rokem +1

    So very good

  • @user-lx9pt7qs5e
    @user-lx9pt7qs5e Před rokem

    Wayyoo garaa koo

  • @IbsaaTamasgen
    @IbsaaTamasgen Před rokem +1

    😂😂😂wayoo garakooo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🎉

  • @asraarJamaal-s5l
    @asraarJamaal-s5l Před 9 měsíci

    🎉❤❤ Irkoo koo

  • @KenbonBekele-nj4em
    @KenbonBekele-nj4em Před rokem

    Wow it's amazing continue don't stop!

  • @user-mt3gj4wg4m
    @user-mt3gj4wg4m Před rokem

    Jabaadhaa

  • @AhmedinZiyaad-kp9id
    @AhmedinZiyaad-kp9id Před rokem +1

    😅😅😅😅😅😅

  • @feyisaregasa-sm1lq
    @feyisaregasa-sm1lq Před rokem

    dhugaa bayyee namatii toltuu itti fufaa😂😂😂😂😂😂😂

  • @MuhsinAbabor-cc1ez
    @MuhsinAbabor-cc1ez Před 9 měsíci +1

    😅😂😂😂💯

  • @mahammadyusuf9753
    @mahammadyusuf9753 Před rokem +1

    🎉🎉🎉🎉

  • @ajiibujemal8453
    @ajiibujemal8453 Před rokem

    Wow baayye namatti tola ❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-cs9mj5zq8l
    @user-cs9mj5zq8l Před rokem

    Namatii tolla dhugaa

  • @seenaakeebekii7820
    @seenaakeebekii7820 Před rokem

    Hhhhhhhhh😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @hawwiiintalaatawayidootube9335

    kolfaan nuu fixan jabadhaa 😍😍😍😍

  • @abaruababe4337
    @abaruababe4337 Před rokem +1

    Hhhhhhhh❤❤❤

  • @DameeFirisa-se8gz
    @DameeFirisa-se8gz Před rokem

    Namati tolaa jabaadha!

  • @GedaTube
    @GedaTube Před rokem +1

    ❤❤❤Jaabadhuu Be strong❤❤❤

  • @user-wd1lm5uy7p
    @user-wd1lm5uy7p Před 10 měsíci

    Baayyee nama bohaarsitu boo

  • @Gold-vw9zj
    @Gold-vw9zj Před rokem

    Jabaadhaa qaxxalewwan Koo

  • @salyanuri
    @salyanuri Před 11 měsíci

    Ŵŵwwwww hirkooo❤❤❤❤❤

  • @user-ux5kq1di9d
    @user-ux5kq1di9d Před rokem

    Hawwiin sii eegata turee abshiir jaabadhu

  • @abubariso4983
    @abubariso4983 Před rokem

    Dhadanon ka waraa fano fakkaataa 😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @user-vp8sb9fy8r
    @user-vp8sb9fy8r Před rokem

    Well came

  • @argetageneti6495
    @argetageneti6495 Před rokem

    ganda kana eessuman dhaqnee waa fudhanuu laataa

  • @user-yn2cl6gu1f
    @user-yn2cl6gu1f Před rokem +1

    Amezing❤❤❤❤

  • @GulumaMitiku
    @GulumaMitiku Před 9 měsíci

    Way hirkoo❤❤❤❤❤

  • @user-pm1pg2wy4m
    @user-pm1pg2wy4m Před rokem

    Laman keenyaa walitti Boona

  • @user-kd9tg2zc2l
    @user-kd9tg2zc2l Před 6 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kaaliddino187
    @kaaliddino187 Před rokem

    Hirkoo dubbiin kee heddu namtti tola

  • @SalaamShaamil-ht4fx
    @SalaamShaamil-ht4fx Před rokem

    What a generation 😂 instructor 😂

  • @megersageneti5230
    @megersageneti5230 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤❤❤baayyee nama bashanansiisa!!!

  • @kadirkalifa5008
    @kadirkalifa5008 Před 11 měsíci

    ❤️

  • @GudinaTuke-zm7mq
    @GudinaTuke-zm7mq Před rokem

    What a generation!

  • @darartubekele9141
    @darartubekele9141 Před rokem

    Bagaa nagan dhuftan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HundeDehun-md8ro
    @HundeDehun-md8ro Před rokem

    Itititiii what generation ❤😂