Yeroo jaalalaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 29. 08. 2020
  • Yeroo jaalalaa
  • Zábava

Komentáře • 547

  • @lensasanyihacaaluhundessa7246

    Kotta me oboletti keenya kana nuti warri biyya hamba jirru group ijaarre amuma dandenye ha gargaarru maalo

  • @leellisesanyiihaacaluuhund215

    Uuff yaa rabbi waaqa wan garaa nama nyaatuu maaloo rabbif jenne warri biyya hambaa jirru kun osoo garee ijaranne gargarsaa haga dandenyuu goonefi daima ishee gudfifatte rabbi nufis barumsa gaarii nuf dabarsite muluuko rabbin jira abshir😥😥😥🤲🤲🙏

  • @ketemasheshetu7187
    @ketemasheshetu7187 Před 3 lety +56

    Dhugaa keeti haadho Koo 😭 waaqni beekadha wan hundaa ni jijiraa abdi hin kutiin.namicha qarshii kee nyaate sareen Isa haa nyaatu

    • @kokotiiaduuu5986
      @kokotiiaduuu5986 Před 3 lety +1

      Yeroof malle daraa ta.uu

    • @kaboshbaitcha9993
      @kaboshbaitcha9993 Před 3 lety

      😁😁🐅🐅🐅🐅🐅

    • @kaboshbaitcha9993
      @kaboshbaitcha9993 Před 3 lety

      Kkkkkkkkkkkkkiiiiiiiiiiiiiii

    • @kaboshbaitcha9993
      @kaboshbaitcha9993 Před 3 lety

      😁😁😁😁😁🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🙈🙈🙈🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️😭😭😭😭😭😭

    • @aliamohmad4388
      @aliamohmad4388 Před 3 lety

      Amshir rabbii jiraa wollah kan darbee seenadha kan dhufuu muxxaannodha jabaadhuu waan rabbin ofii dura sii kayee jiruu hin bektuu🤲🤲🤲👈👈

  • @sumayaabdoo875
    @sumayaabdoo875 Před 3 lety +6

    Pls warii TV kanaa hojechaa jirtaa intalaa kanaa debisa kesumesaa Botaa ishefii buki ishee nufii haa maxxanisituu addara oromumaa lamata debaa afera namaa bayyetii obboletii kenyaa kanaa garigaruu fedhaa addara😭😭😭😭

  • @tigtijitube8325
    @tigtijitube8325 Před 3 lety +28

    Misikina dhugaa waqaa uuuuffff baay'ee namaa gadisisaa 😭😭😭😭

  • @aminnuraman
    @aminnuraman Před 3 lety +55

    Tv 📺 boqoloo kanaa osomaa jibuu araa jaqasee Namnii akaa anaa biyaa Ambaa tetanii dawatan Laykii gudhaa
    Rabii sui dabar suu malee sii Ajee sin

    • @mayda3842
      @mayda3842 Před 3 lety +1

      Boqoloo jette 😁😁😂😂🙉

    • @aberubayis3607
      @aberubayis3607 Před 3 lety +1

      Dhugadha

    • @kiyakiya5004
      @kiyakiya5004 Před 3 lety +1

      Dhugaa jette waaqa anu har'a laale

    • @zarakadir453
      @zarakadir453 Před 3 lety

      Kkkkkkkk ani midiyaa boqoloo kana bayyee jibbaa garuu qophii yeroo jalalaa kana xiqoo laluu ni jaladhaa

  • @Salma-kf3vb
    @Salma-kf3vb Před 5 hodinami

    GALAATTOMMII muluu jirraadhu barummsaa garii sirraa barrannee jirraa nuillee biyyaa allaa jirraa ammaa. Gallattommii❤❤❤❤❤

  • @meratisiyyumi345
    @meratisiyyumi345 Před 3 lety

    Muluu jabadhu senani kee gara na nyatee waqayo boru ijolee tetini si dabarti boru isani gudifadhu sirba kee ani bayeni jaladhee barumsa bayee na kene sanyi to ❤💯💯😭😭😭

  • @makkiyaafahizlmoromoo8769

    Subahan allh yaa ijoollee keenya abba keesssani yuu hin amaninaa arga jaalala 🗡️🗡️💯💯

  • @zaytounahaje1695
    @zaytounahaje1695 Před 3 lety

    Rabbin riziqi baldhati siha baasu ijoole ketis rabbin sadarka bareedan sif haa gahu jabadhu hundu ni darba

  • @obseesalaleeabdiinkoorabii8858

    Yeroo hin Argiin dobinii balaa jedhuu mitii ree omaa jechuu mitii rabii jirenyii garii nuuf haa hawuuu yaa rabii addaraa addaraa 🤲🤲🤲🤲🤲

  • @ayyuujesus6470
    @ayyuujesus6470 Před 3 lety +2

    Seenaankee nama gadisiisa seenaa kee irra caalaammoo sirbuunkee na gadisiisa maalif yoo jette jireenya kee yesuusi wajjin godhadhu sirba dhiisi iddoo lamaa sitti hin badin biyya lafaa irratti iyyeessa yoo taateyyuu iyesuus wajjin jiraachuukeenimo waaqarra jireenya gaarii argattaa. kanaaf sirba dhiisii iyesuus irra ijakee kaawwadhu waanan si jaaladhuuf kun sif afeera.kooti❤

  • @kiyyaatadele1187
    @kiyyaatadele1187 Před 3 lety

    uuuuu wayyoo hadhoo koo ani dhugaa dubachuuf waan qoosa wayii nati fakkachaa tureeyu sirbii kee dhugaa dhifamaa guddaa obboleeti koo waaqayyoo sii faana jiraa waan hundaati inni dhiiphaatiin gaf tokkoo ijooleen kee siif dabarsuu danda'uu abshii☝☝☝☝☝☝

  • @bontuumotummaa4850
    @bontuumotummaa4850 Před 3 lety +15

    nama gaddisisa garuu Kayyoo bateef walaaludha kun
    Nama hin bekneetti akkamitti qarshii itti ergiita
    kushiina araba keesaa guguuftee
    Warraa kanif barrumsa ta'aa garuu galaatomi billisa tatee dubaachukeetif

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k Před 3 lety +1

    Yaa waaqayyoo koo 😭😭😭 waaqayyoon obsaa siif haakenuu hadhookoo 😍😍😍 hunduu ni darbaa 😍😍. Uuuuuuffffeeee yaa dhiraa🤔🤔 . Sirbaa ishii sana namaa bayeetuu ittii qosaa turee dhuga ..edaa ishiini madaa garaa ishii ittii ibsatee😭😭😭

  • @hawwiifayisaa7558
    @hawwiifayisaa7558 Před 3 lety +1

    Obolleeti ko obsituuu daandeesuu wanihundumaa akka kotuuu amaasimo jabaadhuu osaaqabaadhuu hinumaa keessaa bataa gaafi tokkoo abaadiqabaadhuu nama akkaasii hini gaatuuu waqayyoo ❤❤

  • @user-tv4dd7zm5o
    @user-tv4dd7zm5o Před 3 lety +1

    Uuuuuffffeeeeee dhugaa ketii Waqaayyo sii haa gargaruu haadhoo koo midhamaa kee haa basuu waqayyoo 😭😭😭😭😭jabadhu ♥️♥️♥️

  • @makkiyaafahizlmoromoo8769

    Abshii bagaa fayya qabatee biyyii ofii yuu qabeenyaa ❤️❤️

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508

    Uuuuuuf garaa nama nyataa Abshirii Sanyii too Rabbiin sif dabarsa ♥️💚❤️

  • @miliatimo5466
    @miliatimo5466 Před 3 lety

    Shamaree jabdudhaa abshir sanyii koo dhirri barana akanumaa boruu ni boyaa inni inshallah

  • @senagemechu4124
    @senagemechu4124 Před 3 lety +6

    Hanqin kee ibida itti haa ta,u.obsa siif haa kennu 😭😭😭

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 Před 3 lety

    Ayiii dhiraa 😭😭😭 waqayyoo sihaa gargaruu giftii tiyaa huuufff obsaa siif yaa kenuu 🙏🙏🙏🙏bayee nama dhukubaa

  • @hawwiilovesous7003
    @hawwiilovesous7003 Před 3 lety

    Dhugaa jettee jiraadhu❤❤

  • @waqayoohaadha2503
    @waqayoohaadha2503 Před 3 lety +32

    wayyooo obbooleetii too obsaa sif keenu 😭😭😭😭

  • @sahaytaye5395
    @sahaytaye5395 Před 3 lety +1

    Yene kojnoo uuuuuuuuuphaaaaaa 🙆‍♂️🙆‍♂️😭😭💘💘💚💚💚💚🇪🇹🇪🇹🇪🇹

  • @adisnege5367
    @adisnege5367 Před 3 lety

    👌👌👌❤❤❤❤👍

  • @aesha1288
    @aesha1288 Před 3 lety

    Muluu Robii jechooni kee hunduu siirdhaa Obbolletii koo
    Baruumsaa gariidhaa kaa beyneefi Thank you my Sistu ...💞💞💞💞❤❤❤❤🙏👍👍👍

  • @emanjimma730
    @emanjimma730 Před 3 lety

    Misikin Akkam gaaraa Nama nyatii jaalalii dhisaa isiniitii haayafuu kaayoo baaneef galamaa ga'anee hagaaluu biyaa keenytatii

  • @HanagaattuukiiyumaaTube
    @HanagaattuukiiyumaaTube Před 3 lety +1

    👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @makkiyaafahizlmoromoo8769

    Maqaan keenya 😭😭😭😭 keessa kooo na dhukkuba biyya kooo 🌺🌺🌺 rakkadha jiradhaa nyaata male ollaa bulaa yoo jabatee

  • @tiyashewa8818
    @tiyashewa8818 Před 3 lety +2

    Dhugaa keeti Obboleetti tiyya abshir waan hundafu waaqayyoon si haa gargaaru

  • @orjiioromiyaarsii1574
    @orjiioromiyaarsii1574 Před 3 lety

    Jabadhuu Abdii kutatiin Rabbiin sii biraa haa.jiratuu Barumsaa garii nuuf qodee Maddamii jechuuni Hojachiftuu jechudhaa Malee warqii jechuu mitii

  • @ekramabdela8107
    @ekramabdela8107 Před 3 lety +1

    dhugaa rabbii waa meqaa dadenye asii jiranee uuufff😢😢

  • @asmaraayana.7083
    @asmaraayana.7083 Před 3 lety +4

    Obbooletti koo maaltuu janajaana si geesse kayyoo kee hin beektuu waan baateef maaliif dagaate ijoolleen kee haadha kee biraatti rakkoon guddaatti atti dhiira matii firizii godhee suure uduu gubba gadi buusee harkaa kissiitti naqaatte koree baraandaa jalaa oluu rakkoo olchiite kaa Ayyii carraa nama waqayyoo sa gargaaruu fayyaa qabda abshiir bor ni dhuftti qarshiin fayyaa kee dha murteessan 💔💔💔💔💔💔💔💔💔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔

    • @user-xi4he3zn8j
      @user-xi4he3zn8j Před 4 měsíci

      Dhugaa keti namni Rakkate Argee fotoo dhisii nama qaman bekkanu Amanun malii uuff kun jalala mitii sammu dhabudha obbolleti

  • @lensasanyihacaaluhundessa7246

    Ayi gifti ko ani yeron sirba ke dhaga'e gochi kun si mudate natti hin fakanne ture abshir homa miti rabbi garii ke sif haa baasu 😢😢😭😭

  • @dinqeekananii8852
    @dinqeekananii8852 Před 3 lety +8

    Guddaa gallatomii ergaa keef! Shamaroota keenyaaf ergaa barbaachisa waan dhamtefis ulfaadhu , waqqayyoo si haa gargaaruu gifti koo homa miti jabaadhuu waqqayyoo Gaariidha sif guddisa daa'imaa kees 😢😢

  • @muhabbaaabbamaccamuhabbaa6153

    😭😭😭😭😭😭. Yaa Rabii

  • @ganetbaqallaa8514
    @ganetbaqallaa8514 Před 3 lety +1

    Uuuuuuuuuu ijoollee maloo Arstisoota keenyaa yaa jajabesisuu 😭😭😭😭 Akowati nuufi basaa hin gargaraa 🤔🕺Abboo argumaa jarsaa sinumaa irraati qufee biyyaa keenyaa irratis yoomi kabaja qabatan

  • @leloole3226
    @leloole3226 Před 3 lety

    Dhuga kettii waaqaa uuuuuufffffff👌👌

  • @jiituutasfaye4302
    @jiituutasfaye4302 Před 3 lety +2

    Uuuuuffffff baay'ee nama gadisisaa obbolleti tenyaa waqayyoon fayya sif yaa kennuu oma miti wantii hundiyuu ni darbaa 😭😭😭😭😭😭😭

  • @ayantugonfa6998
    @ayantugonfa6998 Před 3 lety +4

    Uuuuuffffii yaa biyaa oramaa kesaa jiraa 😭😭😭😭🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺biyaa ofii yomii lataa waqayoo kamii galuu

  • @user-qb7dy1fz6f
    @user-qb7dy1fz6f Před 3 lety +1

    ❤💚❤🌻🌻🌻🌻🌻

  • @waqayyoabbidikoti9985
    @waqayyoabbidikoti9985 Před 3 lety

    Bayye nama gadisisaa waqayyo sifana yatahuu😭😭 siridha wabayetuu jira garuu rabbi nuyyagarigaruu isumatu bekka

  • @emuyeeyene478
    @emuyeeyene478 Před 3 lety +1

    Abdii hin kutin waqayoo jiraa muliyee kodee tenyaa uuufff bayee garaa koo naa nyatee maloo lakofsaa ittin sii arganuu nuu keni wan qabnuni sii biraa dhabanaa😭

  • @mesiandgaze3535
    @mesiandgaze3535 Před 3 lety

    Rajjiidha!!yeroo tokkoo tokkoo yoo araan namooni bay'een abbaan koo qotiyyoo gurguree naa ergee jedhu.ishiin garuu masobii bideenaa irraa lafaa gotee gurgurtee biyyaa ormaa dhuftee.

  • @alamiiyoomiilataguyyaanboq8784

    Uuuuuuuufffffiii qormaata biyyaa lafaa 😭😭😭😭😭😭😭

  • @Naaf-tu7vm
    @Naaf-tu7vm Před měsícem

    Wowwwww ❤❤❤❤❤❤❤

  • @galaaneezawuduu5486
    @galaaneezawuduu5486 Před 3 lety

    Uuuuu #Muluu koo baay'ee dogogoortee dhugaa namni amanti hin qabuu haadhoo inumaa jaallalii immoo laphee qulqulluu malee qarshii hin narbaadu.
    Eegaa innii darbee darbeera waaqayyoo ammoo siif waan haaraa qabaa jabaadhu!

  • @user-jt4jf7dx2w
    @user-jt4jf7dx2w Před 3 lety +1

    😍😘😍😘😍😘😘

  • @hannitaabaale5056
    @hannitaabaale5056 Před 3 lety

    Wahii baay'ee garaa nama nyaati 😭😭😭😭😭😭Abshiir homa miti hin dabaraa waan hunduu

  • @wal-male
    @wal-male Před 3 lety +2

    Seenan isii Baay'ee gara na nyaata uuk Rabbii gargarsa ha godhuf

  • @kennakiyyaa6592
    @kennakiyyaa6592 Před 3 lety

    Gafiin gaafatamtuufi debiin ishiin debistuu addaa dhugaa

  • @kennakiyyaa6592
    @kennakiyyaa6592 Před 3 lety +3

    Kkkkkkkkk uuuufffff sirbaa ishii kanaa Yoon dhaggeffadhu kolfaan du'aa 😂😂😂😂😂😂

  • @ghabighabi3631
    @ghabighabi3631 Před 3 lety

    Baayy'ee nama gadisisa hojiin dhirrota tokko tokko omaa mitti inisi malaqaa sirraa fudhate yonaa fixee wanii salpatii dhufee salpatii dhuma dafiqee wanii finee wanii tayefii attii galtaa guddaa qabdu wara kana bodatti gorsa gudadhaa shamaranii keenyaa wanta nuraa gayee gadii basine hin dubanu attii jabdudhaa Waqayoo sii wajin yaa ta'uu ijolee dhissi hadhaa kee birratti deemii hojadhuu yeroo dargagumaa kana bodaa gaburaa biyyuma abba wayaa

  • @boontuudarajjee4250
    @boontuudarajjee4250 Před 3 lety +5

    Ana kee haadhoo koo😭 mee lakkoofsa bilbila ishee nuuf ergaa nii gargaara

  • @hadhaagidii6429
    @hadhaagidii6429 Před rokem +1

    😭😭😭gara na nyate 😭 wly akkuma koo tate

  • @gshd6390
    @gshd6390 Před 3 lety

    Moniitiiyee❤❤❤❤❤❤❤siin jaladhaa

  • @marasiimoyiioromo6576
    @marasiimoyiioromo6576 Před 3 lety

    Wayii gudduu🙆‍♀️🙆‍♀️attii maliif ergitee🤷‍♀️

  • @salmasahle3861
    @salmasahle3861 Před 3 lety

    Dhuga jete kode too jabadhu waqayoo si wajin ha tauu

  • @diiborraamucaakaakuugoofta131

    Uuuuuuuuuuuffff ayiizosh haadhoo kooo daayimaa kefisii siifiisii waaqayyoo nagaa siinif haa keenuu raabbii siiwaajiin haa taa.uu dhugaa jaallaallaaf jeetee daafaqaa kee dhaabadee waaqayyoo gooftaan siif haa baarabaaduu idoo in jiiruutii daafaqaa kee waaqayyoo guubbaa isaatii haa goodhuu baayyee onnee namaa xuuqaa yaa raabbii attii abbaa fiirdii qaajeellaa faalaamii faardii dhugaa ifaatii baasii 💔

  • @intalaabbagadaimoromof9365

    Abshir obboleettii koo wanti hunduu nii darbaa bilbilaa kee nuuf ka'ii maaloo lammaffa gara biyya hambaa hin yaadiin please

  • @minishadinku8605
    @minishadinku8605 Před 3 lety

    Gazab

  • @srar1613
    @srar1613 Před 3 lety

    Uuuuffff jabaadhu waaqayyoo jiraa Obsii.

  • @RajRaj-yv2fp
    @RajRaj-yv2fp Před 3 lety

    Wani atii jetee osoma dhugaa tau garu shamarami baeni osoma hin herumine biyaa bayani biyaa arabaa kesa jiratani badhe chichimitu jiranani kanii warafii manaa kanii ijarani ofifu manaa ijaratan badhetu. Jieaa garu gadheni wanii batefu. irafatemo amasiti wayaladhafi lati dubaritin badheni herumani osomaa ijolefi abaa waraa qabanu debiani biyaa jiranit dhiraa bira qabstan meqatamatu jiraa

  • @sarasa6787
    @sarasa6787 Před 3 lety

    Wayy Yaa rabbiii

  • @AniisOratodokasiidhaa

    Dhugaa Siinii Diiqiisiifadhaa Anii Jabiinaa Kee Waqayyoo Siihaa Jabesuu Amasii🥺🥺🥺

  • @etiopialove2890
    @etiopialove2890 Před 3 lety

  • @dirribeenmucakakkuti433
    @dirribeenmucakakkuti433 Před 3 lety +2

    Seenan eshee gara nama nyataa garuu kayyoo mana bateefi dagachu hin qabdu turee sanuu ijollee lama oso qabduu lama miti tokkoyu guddisun bayyee cimaa oso ofi walalte firaa y k n iriyyaa eshen mariachu qabdii nama sana siriti maluma isaa qorachuu qabdii turee !!!!!!!!!!!!!!!!

  • @masaretcity5093
    @masaretcity5093 Před 3 lety

    Uuuffuu yaa jiruu biyyaa horoma
    Dhugaakeettii waanumaa keessaa jiruudhaa

  • @rakcity6216
    @rakcity6216 Před 3 lety

    Lakki biyyuma kee keessatti siif wayya biyya orma hin deemiin😭😭😭😭
    Nama bayy'eetu karaatti du'aa jira
    Kara bishaan irratti hin deemiin adaraa 😭
    Ayii yaa dhiraa biyya keenya

  • @AliAbouzghaeb-ex4zm
    @AliAbouzghaeb-ex4zm Před rokem

    An suman jaalladhe ati nama jaalalaati umurii nuuf dheerradhu

  • @mamanasiirhsns1132
    @mamanasiirhsns1132 Před 3 lety

    wayoo wyoo Oboleetii ko dhugaa ketee 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @weliewelie8175
    @weliewelie8175 Před 3 lety

    💚💛💜👍

  • @ganetbaqallaa8514
    @ganetbaqallaa8514 Před 3 lety +1

    ijolee Adaraa keessan wagga 25hanga 30 gaadi hin Herumaa Seenan eshi bayyee garaa nama gadisisa Qoormaata Adunyaa kana yoo obsan dabarsaan bakka in genyee hin jiruu

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt Před měsícem

    wly rabbiin sii haa lafisuu amshiirii🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢

  • @iftuuhuuirsaasanyiihaacaal3637

    Seenanii kiyyaafii kan ishee wali faaktaa wayyee butii kanatii

  • @konkon-cj1iq
    @konkon-cj1iq Před 3 lety +1

    😭😭😭😭 uuff yaa carra ijoolle biyya ormaa

  • @meskaram9542
    @meskaram9542 Před rokem

    Wayoo yaa namaa waaqayoo umuriisa agabamsuu biyaa namati gubachaa turtee biyaa ormaa

  • @mesraahusein3116
    @mesraahusein3116 Před 3 lety

    Rabbiin fayyaa si hakenuu amishirii

  • @user-sf7wt2gj2b
    @user-sf7wt2gj2b Před 3 lety

    MaashaaAllaahtabaraakallaah😭😭😭😭😭😭😭💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍

    • @aab9757
      @aab9757 Před rokem +1

      Bakaa akaantiti waan akaana hin baresiin dhifamaa waajiin

  • @hikmaatube1814
    @hikmaatube1814 Před 3 lety +3

    Welistuu muluu hhhhhh madam jechun Gifti jechudhaa

  • @CaltuGanna
    @CaltuGanna Před 56 minutami

    Rabbiin is haa gargaaru

  • @sumeyaasanyiijawarii8506
    @sumeyaasanyiijawarii8506 Před 3 lety +1

    😭😭😭😭😭😭😭Yaa rabbii wanii namaa gamee simatuu bekaa😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️

  • @sumeyaabu7131
    @sumeyaabu7131 Před 3 lety +1

    Uuuuuuuufff heddu garaa na nyaate imimmaan na qabee 😭😭😭😭😭😭

  • @xtraxtra9099
    @xtraxtra9099 Před 3 lety +1

    Madamii jechun Wariqii Osoo hin Ta'iin Itii Gafatamtu koo Jechu dha Wariqen immoo Da'abii jedhama

  • @naafoabdinjiraaamayuu1732

    Ayii jabdhu waqayyoo senaa jijiraa

  • @metisalale1005
    @metisalale1005 Před 3 lety

    Ayizo kode rabi gafatoko debi qaba jabadhu abdi kuti senake nu barumsa gudadha 😭😭

  • @astulove2073
    @astulove2073 Před 3 lety +1

    Homaa miti waaqayyo baga fayya siif kenne garuu akkamiti daa'imaa ofi dagatuu jalaalaa bira eegalu waa hundaafuu nuuti shammarran ni jarjaaraa Ani illee seenaa jalaalaa qaba nuu keessummeessa😉😉

    • @haa2909
      @haa2909 Před 3 lety

      uuuuuufffi jiruuu ardii kana

  • @user-ub8gw6pr1k
    @user-ub8gw6pr1k Před 11 měsíci

    ❤❤❤❤

  • @diboraayesus163
    @diboraayesus163 Před 3 lety

    Goboziidha garuu
    Mulu sin dinqisifadhaa jabbadhuuuu goboziikoooo

  • @AAa-en5pl
    @AAa-en5pl Před 3 lety +1

    Waaaaaayyyyyyoooooooo yaa Laamii koo 😢😢😢😢😢😢😢

  • @alimitubugali8367
    @alimitubugali8367 Před 3 lety

    Akamitii hijoolee kee gateee shawadamteeee hayiii jiruuu

  • @sisai1235
    @sisai1235 Před rokem +1

    ❤❤❤❤dhugaa jetee❤

  • @alain7580
    @alain7580 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kibulagata3406
    @kibulagata3406 Před rokem

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @mekulove169
    @mekulove169 Před 3 lety

    Afaan oromoo sirri mitti

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    Dhugaa garuu duraa dogogarte akkamitti fb wal barte qarshi kee itti ergitaa hundaafu obsi

  • @najaertimohe8164
    @najaertimohe8164 Před 3 lety +1

    😭😭😭😭😭❤😭😭😭😭😭😭😭❤

  • @naema22naa43
    @naema22naa43 Před 3 lety

    😂😂😂😂😂😂uuuuuffffffiiiii yaa Raabbii koo☝☝☝

  • @misraoromo2669
    @misraoromo2669 Před 3 lety

    Rabbi isa ha gaafatuu 🙆😭😭😭😭