JIREENYADHA. M/K/O/T/ Itoophiyaatti Faarfannaa Afaan Oromoo Hangafa Far.D/N Firaanol Moosisaatiin

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 26. 08. 2024
  • JIREENYADHA. M/K/O/T/ Itoophiyaatti Faarfannaa Afaan Oromoo Hangafa Far.D/N Firaanol Moosisaatiin

Komentáře • 335

  • @jshe6836
    @jshe6836 Před 7 měsíci +30

    💥💥💥"JIREENYA DHA"💥💥💥
    Gaafa dhiphuu sana miti har'a immoo Ulfinaanin si arge
    Si'ilaaluu dadhabeen du'uudhaafan wargee
    Aayyaana keen eenyutu si'ilaala
    Ulfina keen eenyutu si'ilaala
    Guddinni kee jecha koo irra caala
    Dur kanan si beeku madaaf dhiigaani michuu koo
    Qoma keetti siqee siwaliin oolee bulu koo
    Fuula mootii lafaa qullaa dhaabbachuu kee
    Dirraa madooftee du'aaf kennamuu kee
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Huursaa akka bishaanii sagalee nabutu
    Albee arraba lamaan abidda darbatu
    Addaataa akka cabbii qajjisi mataa kee
    Furtuun du'aaf si'ool lachuu jira harka kee
    Dheebuutiin wargamtee yemmu dhugdu hadhooftuu
    Sagalee xumuraan Eelohim yemmuu ati jetttu
    Bakka hoolaaf gugee dhibaayyuu gaafa taate
    Xumura jaalalaa du'aan gaafa mul'ifte
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Baattuu ibsaa warqee gidduu kan dhaabbattuu
    Xiyyoo ija abiddaa calaqqee darbattu
    Urjiilee gurguddoos quba keetu lakkaa'ee
    Abbaa keen qixxaateee ulfinaan sittu taa'ee
    Dheebuutiin wargamtee yemmu dhugdu hadhooftuu
    Sagalee xumuraan Eelohim yemmuu ati jetttu
    Bakka hoolaaf gugee dhibaayyuu gaafa taate
    Dirraa madooftee du'a kan nabaraarte
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Utubaa qilleensaa kan galmicha baatu
    Simboo ardiif samii bakka Aarsaa guutuu
    Leenca Saawwa Risaa Namas kan fakkaatu
    Mootii moototaa kiruub irra jiraatu
    Jireenya dha (3) Ilmi Waaqayyoo Iyyasuus jireenyadha

  • @massarethelhabshi4180
    @massarethelhabshi4180 Před 7 měsíci +6

    Ameen ameen ameen ameen Farfana ergamota si haa dhagesisu obbolesa keenya jaalatama farfata firaoli

  • @thomasasrat8634
    @thomasasrat8634 Před 5 měsíci +5

    Uuuuuuffffffff jechan na hanqata firoo nuuf jiraadhu kaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯

  • @user-hp7kx3pg2g
    @user-hp7kx3pg2g Před 7 měsíci +5

    Uuuuuuuuufffffffff❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢akkaam laphee namaa qabanessaa obbolessaa keenyaa dhugaa ebifami iyasuus sii keessatin arginaaa❤❤❤

  • @jalalebisa7096
    @jalalebisa7096 Před 7 měsíci +5

    Ameeen ❣️❣️ Umurii Tajaajila kessani nuuf ha dheressuu Dn Firoo ❤️❣️❣️❣️ Ebbifamaa

  • @zinashbegnalemma4486
    @zinashbegnalemma4486 Před 7 měsíci +4

    Ebifaamii ijaa taawayidoo ❤❤❤

  • @Malkemedia
    @Malkemedia Před 7 měsíci +8

    Firo jabaa nama 🥰
    Itti ansee Album Eegina
    Faarfanna ajaaibatti wow 🥰
    ተበርክ የተዋህዶ እንቁ 🥰

  • @user-xx3tw9pp9s
    @user-xx3tw9pp9s Před 7 měsíci +7

    Album album we waiting you Album fro

  • @musekoratube8883
    @musekoratube8883 Před 7 měsíci +5

    Amen 🙏 sagalee jireenya sii ha dhaggeessisu foro koo namati tola baay'ee kan biras ni egaan

  • @ghg-bj7ke
    @ghg-bj7ke Před 7 měsíci +9

    Adaraa obboleessa keenya Faarfataa Firaanool yeedaloo mana amantaa keenyarraa xiqqoo waan baateef taa'i itti yaadi maaloo. Walaloon kee bareedaadha garuu please seera mana amantaa keessaa hin bahiin

    • @jshe6836
      @jshe6836 Před 7 měsíci +1

      Dhugaa naaf galuu didee yeedalichi😢

    • @chaltufekadudeti8338
      @chaltufekadudeti8338 Před 7 měsíci

      An namicha kana Nan shakke ammas 😢

    • @edosakejela9198
      @edosakejela9198 Před 7 měsíci

      czcams.com/video/7Wa9kuWhzI0/video.html&pp=ygUUbWV6bXVyIG9ydG9kb3ggZWd5cHQ%3D kun faarfannaa warra gibtsii ti.warra amanataa Ortodoksiin baayyee cimoo ta'an.yeedaloosaanii akkamitti ilaaltemee?

    • @amsalugeleta5398
      @amsalugeleta5398 Před 6 měsíci

      yaared malee namni yeedaloo kalaquu danda'u hin jiru jrdhamee caafameeraa?

    • @fufabashaofficial5837
      @fufabashaofficial5837 Před 4 měsíci

      Yedaloo haaraa Waaqayyo hin qabuu? YAAREED qofaaf kennamee?
      Akka macaafa qulqulluutti Keessumaa Mul'ata Yohaannis arge makaa malee faarfatameera. Yesuus jireenya! Yesuus in caala.

  • @Drtolatadesse74
    @Drtolatadesse74 Před 7 měsíci +7

    Ameen Ameen Ameen.❤❤❤Firo jabaa nama waqayoo Ortodx dhaaf sii lateedha atii nuuf jiradhuu anii farfanna keen dhageefadhaa yeroo hundaa
    Anii reen haramaya university baracha jira yeroon mana amanta demnu farfanna keen dhageefadhaa demaa bayyeen sii jaaladha dhugaa waaqa ❤❤❤

    • @user-ce9mz1se6k
      @user-ce9mz1se6k Před 7 měsíci +1

      Jabadhuu sikee waaqayyoo gooftanii sii yaa gagaruu🎉

    • @jshe6836
      @jshe6836 Před 7 měsíci

      Anilee❤😢

    • @user-sw1dw2ey4l
      @user-sw1dw2ey4l Před 4 měsíci

      haramaya barachuun kee birqiidhamoo maal nutii himtaree

  • @zinashmulatu5489
    @zinashmulatu5489 Před 7 měsíci +3

    Amen🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Firoo keenya nuuf eebifami baayyee si jaallana❤❤❤❤

  • @eebbisaaasiraat1417
    @eebbisaaasiraat1417 Před 7 měsíci +4

    Ameen3x.Obboleessa Keenya Waaqayyo Faarsaa Ergamootaa si haa Dhageessisu. Eebbifami.

  • @TEWAHIDO
    @TEWAHIDO Před 7 měsíci +6

    Faaruu ajaa'ibaati Si'eessaa anniisaa Namaa🥰

  • @yemariyam3138
    @yemariyam3138 Před 5 měsíci +3

    Wow Great work ittifufii jabaadhu faaruu ergamootaa siyaadhageesisu

  • @seenaamuccaatawahido8513
    @seenaamuccaatawahido8513 Před 7 měsíci +5

    Yeddaloon harawwaa ta'uu danda'aa ummataa biratii
    Farfanaa ergamotaa sii yaa dhagesisuu hundumafuu farsaa waaqayyoo gamachisuu lubbuu badee fayyisuu yaa ta'uu 🙏

  • @user-co4hp9xd3q
    @user-co4hp9xd3q Před 3 měsíci +1

    Amen Amen Amen farfana ergamota sii yaa dhagechisuu obolesaa Kenya ebifamaa ❤❤❤

  • @ziziatnafu7453
    @ziziatnafu7453 Před 7 měsíci +3

    Sagaalee jireenyaa sii haa dhageesisuu firoo Keenyaa dhaltuu motummaa isaan sii haa tasisuu ❤

  • @user-zn3dl3qz5k
    @user-zn3dl3qz5k Před 7 měsíci +3

    Eebbifami #Firo Mul'ata yohaannis irratti Ulfina kiristoos isa waaqarraa sirriitti ibsite Ayyaanni Gooftichaa siif ha baay'atu ammayyuu🙏

  • @diribaalemayehu194
    @diribaalemayehu194 Před 7 měsíci +2

    Waaqayyoo mana isaa keessaa sii haa jiraachisu haa dhummaatti! kan baay'ee jaalanuu fi kabaajnu❤❤❤.

  • @obsinaantube2665
    @obsinaantube2665 Před 7 měsíci +2

    Waaqayyoo Sagalee Jireenya sin haa dhageesisuu Ebbifamaa🎉🎉❤❤❤

  • @user-qu8uh5fy3o
    @user-qu8uh5fy3o Před 6 měsíci +2

    Ameen amen amen. Sagalee jireenyaa si haa dhageesisu

  • @user-cf2vc6dn2r
    @user-cf2vc6dn2r Před 5 měsíci +2

    Sagalee jireenyaa siyaa dhageessisu baay'ee namatti tola kiristoos har'as boris karaadhas,jireenyas dhugaadhas!❤❤❤❤

  • @user-lq2yl2uw8u
    @user-lq2yl2uw8u Před 5 měsíci +2

    Amen Amen sagalee Jireenya si'a dhageesiisuu

  • @teshalegirma9235
    @teshalegirma9235 Před 7 měsíci +3

    ameeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeeeeen eebifami waaqyyoo sii yaa eebisu👏👏👏👏👏👏👏

  • @Mezmurorthodoxethiopia
    @Mezmurorthodoxethiopia Před 7 měsíci +2

    Amen Amen Amen faarfanna ergamoota Isan ha dhageesisu dn ❤❤❤❤

  • @samrawitasegid1203
    @samrawitasegid1203 Před 7 měsíci +3

    አሜን አሜን አሜን ዝማሬ መላእክት ያሰማልን 👏👏👏👏🌹🥀👏🌹🥀👏👏🌹🥀🥀🥀🥀🥀

  • @user-lw7qj9pz4p
    @user-lw7qj9pz4p Před měsícem

    Faaruu ergamoota sii haa dhageessisu obboleessa keenya ❤❤❤❤❤

  • @DameeNagaash
    @DameeNagaash Před 7 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ Ameen sagaalee jireenya sii yaa dhagesisuu ebifaami

  • @kennaashawaa.9955ambo
    @kennaashawaa.9955ambo Před 7 měsíci +2

    Sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu Ebbifamii Firo Jabaa kenyaa💞💒🕊️🙏🙏

  • @obseobse563
    @obseobse563 Před 7 měsíci +1

    Ameen Ameen Ameen waaqayyoo sagalee jireenyaa sii haa dhagessisuu Ebbiifamii❤️❤️❤️🙏🙏🙏

  • @user-iq8pf2if9n
    @user-iq8pf2if9n Před 7 měsíci +2

    Ammen ammen ammen jabaadhu itti fufii

  • @Simaleetube
    @Simaleetube Před 7 měsíci +2

    _Ellellellellellellellellele_
    _👏👏👏👏👏👏_
    _👏👏🎤🎤👏🎤_
    _Ellellellellellellellellelle_
    _👏👏🎤🎤👏🎤_
    _Ellellellellellellellellelle_
    _👏👏🎻🎻👏🎻_
    *_Faarfannaa Ergamoota Saamii Lubbuu gaamaachisuu lafee jajaabeessu dina keenya Dabiloosi Gubee barbaadessu nuu yaa Dhageesisuu Nuu yaa tahu ameen🕯️🕊️⛪_*

  • @AlexKeb-ck7np
    @AlexKeb-ck7np Před 7 měsíci +2

    Amen amen farfannaa ergamoota isaani haa dhageechu dhalatu mootummaan sii tasisu Amen ❤❤❤

  • @atseduyoutube4065
    @atseduyoutube4065 Před 4 měsíci +2

    Ebbifami firo❤❤❤

  • @user-gt2ul5zh1u
    @user-gt2ul5zh1u Před 7 měsíci +1

    Ammen Ammen Ammen sagalee jirenyaa sinaa dhagesisuu mana isaa kesatii sihaana qusatuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @waqo26melese14
    @waqo26melese14 Před 4 měsíci +3

    dhugumaan waaqayyoo guddaa abbaan keenya bara baraa sagalee jireenyaa faaruu ergamootaa si haa dhageessisu.

  • @Jabaannee_haa_dhaabbannuu
    @Jabaannee_haa_dhaabbannuu Před 7 měsíci +5

    Haa ta'uu silaa goote,kuni yeedaloo mana keenya laata?,haalli kee bara kanaa akkuma rabbii beeku of laalimee,warri laaltan hunduu mee hudhaa laala madaala

  • @tamarxash.tafarraa3577
    @tamarxash.tafarraa3577 Před 7 měsíci +3

    Galatomii jabaa kenyaa ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @user-wl5yb1xy9r
    @user-wl5yb1xy9r Před 7 měsíci +2

    Amiin❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ sagallee jireenyaa si haa dhageesisuu firoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-sg1gt2rk8s
    @user-sg1gt2rk8s Před 4 měsíci +1

    Baay’ee si jaallanna jabaadhu ❤❤❤❤❤

  • @mulugudeta4066
    @mulugudeta4066 Před 7 měsíci +2

    Ameen Ameen Ameen farfannaa ergamoota siha dhageesisuu Ebbifamii❤

  • @FsjwjHshs
    @FsjwjHshs Před 3 měsíci

    Ameeen ameeen ameeen uffffffheeee faaruu gaaraanmyaata laapee namaa haataa eebiifaamaa 🤲🤲🙏🙏🙏♥️♥️♥️

  • @user-zf7zy7ty2h
    @user-zf7zy7ty2h Před 5 měsíci +1

    Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤Ebbifamaa waqaayyoo goftaa saglee jireenyaa isiin haa dhageesisuu 😢😢

  • @user-uu9ws1wb6b
    @user-uu9ws1wb6b Před 7 měsíci +2

    faruu jechisaa isa baayyee filaatamoo tahe ,jabbadhuu jabba nama

  • @user-kd7ij9xx6p
    @user-kd7ij9xx6p Před 7 měsíci +1

    Waqayoo saagalee jiirenyaa sii yaa dhaagechisuu Eebifamii waqayoo sii yaa Eebisuu fiiroo Taawayidoo keenya naafii jiiradhuu jaalataa keenyaa faarafataa fiiroo keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Samsonasfaw6584
    @Samsonasfaw6584 Před 7 měsíci +2

    Sagalee jireenya si ha dhagesisuu

  • @jorskj2998
    @jorskj2998 Před 7 měsíci +2

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏

  • @brihanmakoni2388
    @brihanmakoni2388 Před 7 měsíci +1

    Ameen Ameen Ameen waqayoo kenaa kana caluu dabalee siif haa kenuu ebifamaa kenyaa

  • @OrthodoxTfoever
    @OrthodoxTfoever Před 7 měsíci +2

    🎉Sagalee jireenya si haa dhageessisu 🎉🎉Ameeeeeeeeeen

  • @user-xd1bk1wx7t
    @user-xd1bk1wx7t Před 7 měsíci +1

    Gaafa dhiphuu sana mitii har'aa imoo ulfinaanin sii argee waqaayyoo goftaa sagalee jireenyaa sii haa dhagesisuu bara tajajilaa kee siihaa dhereessisuu dhaltu mootumaa mana isaa keessa sii haa taasifatuu ameen ameen ameen 🙏 jireenyaadha jirreenyaadha jireenyaadha ilma waqaayyoo iyesusi jireenyaadha ebifama ebifama ebifama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @buzeebuzee2320
    @buzeebuzee2320 Před 7 měsíci +2

    ❤❤❤Firoo eebbiffami

  • @user-nl4mb2nm4l
    @user-nl4mb2nm4l Před 7 měsíci +2

    The most blessing christian song!

  • @jshe6836
    @jshe6836 Před 7 měsíci +3

    Eeeeeeelllllllllllllllllleeeeeeee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉akkatin jalaadhu faruu firuu❤❤❤❤❤❤❤❤ waqayyoo ayyana isaa sif haa bayisuu❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞💞💞❤❤💞💞💞💞💞💞😘😘😘😘😘

  • @user-cl8se7zo9k
    @user-cl8se7zo9k Před 4 měsíci

    Amen❤❤❤❤amane ❤❤❤iyasusuu galanu sifyatwuu

  • @Lebwot_Ze_Orthodox
    @Lebwot_Ze_Orthodox Před 7 měsíci

    ፀጋ ይብዛልህ ሊቀ መዘምራን❤❤

  • @FsjwjHshs
    @FsjwjHshs Před 3 měsíci

    Dhuugaa jeeter eebiifaamiii🤲🤲🤲😍😍😍😍♥️

  • @rajibekele9294
    @rajibekele9294 Před 7 měsíci +1

    Jabaadhu.

  • @KlabjhFlokxka
    @KlabjhFlokxka Před 4 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💞💞⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪⛪🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 sagalee Jireenyaa sii'i haa dhaagesisu bara tajajilla kee siif haa dheeresu dhalatu mootummaa saa sii haa tasisuu

  • @faedasalman3532
    @faedasalman3532 Před 6 měsíci +2

    ❤Amen ❤amen ❤amen❤❤❤🙏🙏🙏

  • @Xajitutube
    @Xajitutube Před 6 měsíci +1

    AMEEEN AMEEEN AMEEEN❤❤❤🙏🏼🙏🏼🙏🏼

  • @user-xx3tw9pp9s
    @user-xx3tw9pp9s Před 7 měsíci +2

    God bless you Dear fro

  • @AddisuSisay-jw2hr
    @AddisuSisay-jw2hr Před 4 měsíci

    Eebbifami waaqayyo gooftan Si haa eebbisu

    • @YashiiTashooma
      @YashiiTashooma Před 2 měsíci

      🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻

  • @birhaanayele1705
    @birhaanayele1705 Před 7 měsíci +1

    Ebbifamaa

  • @FiraolMekonen-ve1pe
    @FiraolMekonen-ve1pe Před 7 měsíci +1

    Baayy'een Si Jaaladha waqayyoon si waliin haa ta'u!!!❤❤❤

  • @mergaetafa2939
    @mergaetafa2939 Před 7 měsíci +1

    Firoo ebbifamii❤❤❤❤ bayyee midhagaa maliif video hin hojjennee❤❤❤

  • @berqegabisa275
    @berqegabisa275 Před 3 měsíci

    Ameen Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen❤Ameen waqayyoo sagale jirenya si haa dhagechisu ebifami firo jabbaa tawahido ❤❤❤❤😢😢😢😢

  • @BirtukandiroWagii
    @BirtukandiroWagii Před 3 měsíci

    Uuuufffff 😭😭 ebiffamaa kenyaa firee🎉🎉🎉🎉🎉

  • @waqaayyogaariidha-bd2me
    @waqaayyogaariidha-bd2me Před 7 měsíci

    Waaqayyoo umurrii tajajila keessan haa dheresu ebbifamaa Waaqayyoo dhuma kee haa bareechu🤲🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🖤😭😭

  • @user-fy1lo4xm8r
    @user-fy1lo4xm8r Před 7 měsíci

    Ameen Ameen Ameen ebifamii waqayoo faruu ergamotaa sii haa dhagesisuu ebifamaa ❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Alem2127
    @Alem2127 Před 7 měsíci +1

    ይቅርታ አልገባኝም የምን ቤተ እምነት መዝሙር ነዉ የየሱስ ልጅ? ፍራን ኦል ወድሜ 😥

  • @user-vx3dc6vf1n
    @user-vx3dc6vf1n Před 4 měsíci

    Ameen Ameen Ameen Ebbifamii Ebbifamii Ebbifamii waqayyoo Gofitanii farfanaa Ergamotaa Si haa dhagesisuu 🥰🥰🥰🥰🎉🎉

  • @eyobyeshitila
    @eyobyeshitila Před 7 měsíci

    Ameen sagalee jireenyaa si haa dhageesisu Dn. firaanol keenya!!!

  • @meyadchala6375
    @meyadchala6375 Před 7 měsíci +1

    Sagalee jireenyaa siyaadhageesisu frooo🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @thomasasrat8634
    @thomasasrat8634 Před 3 měsíci

    Amen Amen Amen 🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 baga GESSAN

  • @lenchotesfaye1720
    @lenchotesfaye1720 Před 7 měsíci +3

    Kennaan kee adduma❤

  • @yeab_tech
    @yeab_tech Před 7 měsíci +1

    Gaafa dhiphuu sana miti har'a immoo Ulfinaanin si arge
    Si'ilaaluu dadhabeen du'uudhaafan wargee
    Aayyaana keen eenyutu si'ilaala
    Ulfina keen eenyutu si'ilaala
    Guddinni kee jecha koo irra caala
    Dur kanan si beeku madaaf dhiigaani michuu koo
    Qoma keetti siqee siwaliin oolee bulu koo
    Fuula mootii lafaa qullaa dhaabbachuu kee
    Dirraa madooftee du'aaf kennamuu kee
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Huursaa akka bishaanii sagalee nabutu
    Albee arraba lamaan abidda darbatu
    Addaataa akka cabbii qajjisi mataa kee
    Furtuun du'aaf si'ool lachuu jira harka kee
    Dheebuutiin wargamtee yemmu dhugdu hadhooftuu
    Sagalee xumuraan Eelohim yemmuu ati jetttu
    Bakka hoolaaf gugee dhibaayyuu gaafa taate
    Xumura jaalalaa du'aan gaafa mul'ifte
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Baattuu ibsaa warqee gidduu kan dhaabbattuu
    Xiyyoo ija abiddaa calaqqee darbattu
    Urjiilee gurguddoos quba keetu lakkaa'ee
    Abbaa keen qixxaateee ulfinaan sittu taa'ee
    Dheebuutiin wargamtee yemmu dhugdu hadhooftuu
    Sagalee xumuraan Eelohim yemmuu ati jetttu
    Bakka hoolaaf gugee dhibaayyuu gaafa taate
    Dirraa madooftee du'a kan nabaraarte
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Utubaa qilleensaa kan galmicha baatu
    Simboo ardiif samii bakka Aarsaa guutuu
    Leenca Saawwa Risaa Namas kan fakkaatu
    Mootii moototaa kiruub irra jiraatu
    Jireenya dha (3) Ilmi Waaqayyoo Iyyasuus jireenyadha

  • @KKTube-sj6jf
    @KKTube-sj6jf Před 3 měsíci

    pirotestaantiidha garuu faarfannaakee baayyeen jaalladha dhugaa dubbachuuf faarfannaa yesuusiin ibsuudha

  • @sefen9301
    @sefen9301 Před 7 měsíci +1

    Ebbifamii ❤❤

  • @user-ut9oc1tc2n
    @user-ut9oc1tc2n Před 4 měsíci

    Amen sagaalee jireenya sii yaa dhagesisuu ebifaami firoo ❤❤❤

  • @mosisakitila3775
    @mosisakitila3775 Před 7 měsíci +5

    Faarfannaa yeedaloo Yaared kan Ortodokooksii irraa waan adda bahe fakkaata waanta'eef sirreessuu qabda. Nuti sirraa faarfannaa foolii Ortodooksii urgaa'u eegna.

  • @user-hd2lu5xx1z
    @user-hd2lu5xx1z Před 2 měsíci

    Dhugaadha ebifamii koode keenya waqayyon saagale jirenyaa si haa dhagechisuu jajjabee firii tawayedo 😭😭😭

  • @aynalemlegesse1197
    @aynalemlegesse1197 Před 7 měsíci +1

    "JIREENYA DHA"
    Gaafa dhiphuu sana miti har'a immoo Ulfinaanin si arge
    Si'ilaaluu dadhabeen du'uudhaafan wargee
    Aayyaana keen eenyutu si'ilaala
    Ulfina keen eenyutu si'ilaala
    Guddinni kee jecha koo irra caala
    Dur kanan si beeku madaaf dhiigaani michuu koo
    Qoma keetti siqee siwaliin oolee bulu koo
    Fuula mootii lafaa qullaa dhaabbachuu kee
    Dirraa madooftee du'aaf kennamuu kee
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Huursaa akka bishaanii sagalee nabutu
    Albee arraba lamaan abidda darbatu
    Addaataa akka cabbii qajjisi mataa kee
    Furtuun du'aaf si'ool lachuu jira harka kee
    Dheebuutiin wargamtee yemmu dhugdu hadhooftuu
    Sagalee xumuraan Eelohim yemmuu ati jetttu
    Bakka hoolaaf gugee dhibaayyuu gaafa taate
    Xumura jaalalaa du'aan gaafa mul'ifte
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Baattuu ibsaa warqee gidduu kan dhaabbattuu
    Xiyyoo ija abiddaa calaqqee darbattu
    Urjiilee gurguddoos quba keetu lakkaa'ee
    Abbaa keen qixxaateee ulfinaan sittu taa'ee
    Dheebuutiin wargamtee yemmu dhugdu hadhooftuu
    Sagalee xumuraan Eelohim yemmuu ati jetttu
    Bakka hoolaaf gugee dhibaayyuu gaafa taate
    Dirraa madooftee du'a kan nabaraarte
    Miti har'a garu (2) kan caaluunan si'arge (2)
    Utubaa qilleensaa kan galmicha baatu
    Simboo ardiif samii bakka Aarsaa guutuu
    Leenca Saawwa Risaa Namas kan fakkaatu
    Mootii moototaa kiruub irra jiraatu
    Jireenyaadha(*2) ilmi Waaqayyoo
    Iyyesuus jireenyadha
    Sagaalee jireenyaa siin haa dhageechisu
    Umrii tajaajilaa keessan siinif haa dheeresuu!!!!!

  • @AshezedAshezed
    @AshezedAshezed Před 7 měsíci +1

    Kun yeedaloo mana kiristaanaa miti maalitti ameen jechaa jirtanii ijoolleen ortodoksii mee tasgabbaa'aa dhageeffedhaa😢

  • @user-fy2fq2nb1z
    @user-fy2fq2nb1z Před 7 měsíci +2

    Uuuuf maal namatti tolaa 🥰🥰🥰🥰

  • @mucaathawahidoo1046
    @mucaathawahidoo1046 Před 7 měsíci +1

    Anagafaa farafatotaa nuuf jiradhuu namaa gudaa waqayyoo goofataan sagalee jirenyaa si haa dhagechisuu galatomaa barasisaa firaa,olaa. Sagalee talilaa dhugaa

  • @lemialemayehu4781
    @lemialemayehu4781 Před 15 dny

    Jireenyaadha Iyyasuusi❤❤❤❤❤❤

  • @user-lf2lw4qm3l
    @user-lf2lw4qm3l Před 3 měsíci

    Ammmiin Ammmiin Ammmiin 🤲❤️💜💜❤️❤️💜💝

  • @geexeediroo
    @geexeediroo Před 7 měsíci +1

    Ameen Ameen Ameen faruu ergamootaa siin haa dhagesisuu 🙏⛪⛪⛪

  • @tenuasrat8814
    @tenuasrat8814 Před 7 měsíci +2

    ❤❤

  • @mesiabbu8480
    @mesiabbu8480 Před 7 měsíci

    ebbifamii waqayoo sagalee jirenyaa sii yaa dhagesisuu 🥰🥰🥰

  • @natalemu-oc3hx
    @natalemu-oc3hx Před 7 měsíci

    galata kee yaa goftaa ebbifamaa sagalee jirenyaa sii dhagesisuu manaa sii kessattii sii yaa qusatuu jabaa kenyaa nuf jiradhuu

  • @user-zp8ow4rw6n
    @user-zp8ow4rw6n Před 6 měsíci +2

    ❤❤❤❤❤❤

  • @milkientertain2022
    @milkientertain2022 Před 6 měsíci

    Waw great work keep it

  • @user-zp8ow4rw6n
    @user-zp8ow4rw6n Před 6 měsíci +2

    ❤❤❤❤❤

  • @user-bk2ke4xc8c
    @user-bk2ke4xc8c Před 7 měsíci +1

    Eebbifami ❤

  • @amboworku9346
    @amboworku9346 Před 7 měsíci

    waaqayyo sagalee jireenyaa siif haa dhageesisuu❤❤❤❤!

  • @user-wl5yb1xy9r
    @user-wl5yb1xy9r Před 7 měsíci +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @haawiitube6026
    @haawiitube6026 Před 3 měsíci

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ❤❤❤🙏🙏🙏

  • @user-bs4wv3si8h
    @user-bs4wv3si8h Před 7 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waawfro koo sagalee jirenyaa sii hadhagesisuu namatii tolaaa