DIINAKOO KOOMEDII AJAA'IBAA AYYAANA TV MO'AA WALIIN

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
    DIINAKOO KOOMEDII AJAA'IBAA AYYAANA TV MO'AA WALIIN

Komentáře • 938

  • @diboraamucaakakuu4395
    @diboraamucaakakuu4395 Před 4 lety +135

    Bayy'ee namaati toltuu jabadhaa
    namoonni akka koo ijoolee kanaa jalaataan like xiqaffii mee 💗💗💗💗🌻🌻🌻🥀🥀🥀🌻🌻🌻💗💗🤣😂😂

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k Před 4 lety +15

    Bayee namatiiTolaa warrii mo'aa otoo yeroo hundumaa ijoollee kan Aferaatii like bayee Argatuu 😂😂😂😍😍😍😍😍😍

  • @hasnaa9786
    @hasnaa9786 Před 4 lety +35

    Kkkkkkkkkkk wayi qaboo. Kolfan garaako. Wayyoo 🤣🤣🤣🤣🤣😁😁😁😁😁😁👍👍👍👍👍👍uuuuuuuf me namni ijoollee kana jallatan like gadhaafi💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗

    • @zumayatubizumayatubi4976
      @zumayatubizumayatubi4976 Před 4 lety

      Kkkkk woyo ijole tuni umri nufi haa dheratani garu dirma hire maa dhabate wori betani mee nati hima ani dirma hire kuta 74 irati dhise

    • @nancykena5768
      @nancykena5768 Před 3 lety

      Kkkkkkk uuufffff qaxaaleewwaankoo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 isiin love♥️♥️♥️♥️ dhumaam

    • @binited202
      @binited202 Před 2 lety

      Amajajin waan itti baayatef.

  • @hassanjalloul6797
    @hassanjalloul6797 Před 4 lety +34

    Yeroo ayyaanni dhufu ani hojii dhuma keesssanin egaa dhugaa kkkkk

    • @senaa705
      @senaa705 Před 4 lety

      😁🤣🤣 aniis wly

    • @hibdbhjv9967
      @hibdbhjv9967 Před 4 lety

      Uuufffe nu jiradha qomo koooo

    • @hhsshhds8765
      @hhsshhds8765 Před 4 lety

      Kkkkkkkkkkkkkkkk.wayi.qaboo.nuuf.jiradhaa.hundi.keessanuu

    • @buzebayene2307
      @buzebayene2307 Před 3 lety +1

      @@hibdbhjv9967 ittii fufaa ergaa bayyee of kessaa qaba,😁😁😁😁😁

  • @sinboabdi3839
    @sinboabdi3839 Před 4 lety +5

    Waqayyo kan na arguu ijolle sadeen kana akkan jaladhu dhuga waqa naf jira hamtuun isin hin argin me waari akka koo jalatan like tuqafi❤❤

  • @ambokoyaadeeyaawaaqayyoowa3660

    Waaqayyoo ayyaanna isaa dachaan isiniif haa baay'iisuu eebbiifamaa barumsaa gaariidha itti fufa

  • @muhmmadaltarffflij7643
    @muhmmadaltarffflij7643 Před 3 lety +5

    Kkkkkk baay'ee namatii Tolaa jabadhaa ijoollee tanaa like Godhaa fi 👍👍👍💔💔💔♥️💖

  • @user-fy7se7fx2i
    @user-fy7se7fx2i Před měsícem

    Mo'aatv ittifufaa isin jaallanna🎉❤😊
    Ameeen

  • @asadxxassess721
    @asadxxassess721 Před 4 lety +6

    Nuf jiraadha baayee namatti toltu waggaa 1000 jiraadha😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💓💓💓💓😂😂🤣🤣

    • @ebisedararaa1594
      @ebisedararaa1594 Před 4 lety

      Nagaan waqayo hundumaa keesaanifuu haa bayaatu Ebifamma Barumssa Gudha Bayee Waliwslera Barra Kana Wow

  • @SarahSarah-ni9bm
    @SarahSarah-ni9bm Před 4 lety +2

    Baayee naama maararituu jiraadhaa sin jaalana 🌻🌻🌻🌻🌻🌻baaga geesani baaraa haaraa❤️❤️❤️❤️💝💝💝💝💝💝💝❤️❤️❤️❤️

  • @tarekegnimana7994
    @tarekegnimana7994 Před 4 lety +6

    Eagles comedy is very very funny thank you for making this one

    • @binited202
      @binited202 Před 2 lety

      Errreee namana Eagle isa fide,eaglen sirra yaa nannawuu yoo jenne Abaarsagaruu Egereedha.

  • @wabiidagagaa2584
    @wabiidagagaa2584 Před 4 lety +6

    Garaataan baa,ee daakkaatan buu,ee Achiin olkkaa,ee diinaakon dhaay,ee 👏👏👏🎹🎹🌻🌻🌻 happy New year's best boys

  • @thenewnessoflife.1709
    @thenewnessoflife.1709 Před 3 lety +5

    Uuuuuuuuuffffffffffffffff......Wayyoo mar'immaan kootu na dhukkube, kkkkkkkkk 1000000 likes.

  • @hiwothabtimer8872
    @hiwothabtimer8872 Před 2 lety

    Amaizing amajaajiif diinaaf lamaansheeyyuu tokkoo
    Namatti toltu jabaadhaa ijoollee abbaa gadaa!!!

  • @kamiljihad8411
    @kamiljihad8411 Před 4 lety +13

    Kkkkk gargaarasa guddaa osoo qabaattanii waan guddaa hajjattu jedheen yaada

  • @abyya2271
    @abyya2271 Před rokem

    Dhugaa waqqaayyoo baayeen isiinii jaladhaa jabaadhaa

  • @bireexshawagindoo3275
    @bireexshawagindoo3275 Před 4 lety +8

    🤣🤣🤣🤣🤣 kolfaan du'ee waaqayyoo isiin haa ebbisuu ijoollee goofta

  • @hawwiimucaakakuu9818
    @hawwiimucaakakuu9818 Před 2 lety +1

    Dhugaa baay'ee namaatti toltuu Itti fufaa jabaadha baay'een isiini jaaladha fkn gaarii sirra baree😍😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏

  • @shibirathyupia8458
    @shibirathyupia8458 Před 4 lety +5

    EBIFAMA DACHAA DACHAA 💓💓💓💓💓💓💓💖💖💖💖💖❤❤❤❤🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱

  • @Caaltuu619
    @Caaltuu619 Před 2 měsíci

    Wayyo garaakoo nu jabbadha Baye namati tola ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 Před 4 lety +10

    Kkkkk wayyiii😂😂😂😂😳💕❣️💔qaboo koo 💔😆❤️

    • @saharj3779
      @saharj3779 Před 4 lety +1

      jaabaadha daassii namaa jertuu

  • @hasnaa9786
    @hasnaa9786 Před 4 lety

    Maaloo ijolle ayyaana qofa ineeginaa. Yeroo hunda nu bashanansiisa adaraa. Anoo irra deddebien ilaaleen kolfaa 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗

  • @bilisummaaoromo3586
    @bilisummaaoromo3586 Před 4 lety +4

    Matii goftaa koo ebbiifaamaaa dachaaa dachaaaa 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @gemechisdame3661
    @gemechisdame3661 Před 4 lety +2

    Dhugaa baay'ee nama bashannansiisa. Amazing comedy 😆😆😆😆🙏🙏

  • @bachumekonin4349
    @bachumekonin4349 Před 4 lety +4

    Love n respect guys

  • @mameembup5306
    @mameembup5306 Před 4 lety +2

    As wr wb annii sabiscribe niin godha garu mo'aa TV'iin kan amantii waan ta'eef xiqqoo annii naaf hin mijawu amantii islama wanniin hordofuuf dhifama naaf godha garu dramaan ijolleen kunni hojetaan bay'ee tola bay'ee

  • @hdsena7498
    @hdsena7498 Před 4 lety +3

    😂😂😂♥️♥️ akkati sin jaalaladhuu jabadha

  • @user-et2oe6kl3j
    @user-et2oe6kl3j Před 3 lety +2

    Of course Sari and my sister invited me to join, but I'm glad you included her.

  • @dal9093
    @dal9093 Před 4 lety +4

    Kkkkkk abeet kolfa dhumne😁😁😁🤗
    Nuf jiraadha ❤️

  • @Mona-nz6gn
    @Mona-nz6gn Před 3 lety +2

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤💚❤ergaa bayee of kesaa qabaa! ijoleetana hajabesinuu!

  • @lensabekele4578
    @lensabekele4578 Před 4 lety +3

    Loved it keep it up z great work!!!

  • @maalmaall3784
    @maalmaall3784 Před 2 lety

    Jiraadhuu sanyiiko bayee namati tola inni diinako jedhu jechuun gahadha olan bayee
    Rabbiin diina keesan oli isin haagodhu diinatu hinrba nudhooga jira

  • @Gezahegnofficial
    @Gezahegnofficial Před 4 lety +6

    ምርጥ ኮሜዲ ❤❤

    • @Funny20208
      @Funny20208 Před 3 lety

      czcams.com/video/3cqPwxLkcTE/video.html

  • @kamilamohamed7514
    @kamilamohamed7514 Před 3 lety +1

    Dhugaa bayee namati tola jabadhaa

  • @abiyuendesha3346
    @abiyuendesha3346 Před 4 lety +3

    Unique talent!

  • @hommwyomm8558
    @hommwyomm8558 Před 4 lety

    Uuuuffff yaa garaa koo baranaa kolfaa du.ee guyaa ayanaa ta.ema ijolee kana negadhaa anoo mee warii ijolee kana jalatanii lekii itii robsaa pls umurii nufii dheradhaa🙏🙏🙏🙏💗💗💗💗💗💗💗💗💗

  • @diribedamana5036
    @diribedamana5036 Před 4 lety +6

    Kkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkk wayyoo garakoo kkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkk wayyoo yaa qabokoo hojiinikee kolfa duwadhaa sila

  • @iftuuorom5917
    @iftuuorom5917 Před 4 lety

    Kolfaa nuufixee qabboo koo waaqqaayyoo baraa jireenyaa keessaa isiinfii yaa dhereessuu qaxalewwaan keenyaa jabadhaa jajabeewwaan koo💖💖💖💖💖🌻💖💖💖💖💖💖

  • @bilisummaaoromo3586
    @bilisummaaoromo3586 Před 4 lety +7

    Maloo kolfaan du,e 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁

    • @Funny20208
      @Funny20208 Před 3 lety

      czcams.com/video/3cqPwxLkcTE/video.html

  • @lensasanyihacaaluhundessa7246

    Ebifama ijolle waqayyo guddan isin jaladha nuf jiraadha qaxalewwan ko

  • @roziiyoutube7210
    @roziiyoutube7210 Před 4 lety +3

    kkkkkkkkkk wayo garakoo💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖

  • @biqiltubiyaawaqara9760
    @biqiltubiyaawaqara9760 Před 4 lety +1

    Ebbifamaa Ebbifamaa dhugaa bay'ee namatii toltuu🙏🌹🌹

  • @warqiiyoutubewarqii6544
    @warqiiyoutubewarqii6544 Před 4 lety +3

    Kkkkk ameeeen

  • @demmid3734
    @demmid3734 Před 4 lety +1

    Kkkkk ebbifamaa nuuf taatani warri TV mo'a ijoollen baacoo jaallaatan gara bira hin deeman

  • @sifanwallaggaa3803
    @sifanwallaggaa3803 Před 4 lety +3

    Wayoo garakoo kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk uuuuufff nuf jiradhaa mee maloo 🌻🌹❤🌻🌹❤🌻🌹❤🌻❤🌻🌹🌹🌻❤🌹🌻❤🌹🌻❤🌹🌻❤🌹🌻❤💚❤💚💚💚❤❤💚💚💚❤❤💚

  • @RealmeC53-h2b
    @RealmeC53-h2b Před měsícem

    Wawu mashallaa ebbiifamaa jabbaadha .❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tsegayetola5795
    @tsegayetola5795 Před 3 lety +10

    Can't stop laughing 🤣🤣🤣🤣🤣!

  • @maalmaall3784
    @maalmaall3784 Před 2 lety

    Rabbiin umrii keesan haadheeresu rabbiin jalala keesan guyyara isiniif haadabalu nama addaan isin baasuu yaadu rabbiin isuma naman adda isaa haabasu

  • @sara8874
    @sara8874 Před 4 lety +4

    Kkkkkkkkkkk kkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @oliyadtamo4638
    @oliyadtamo4638 Před 4 lety +1

    Hoji kessan nyadhaa garaa na dhukkubsitani 😂😂😂😂😂😂 na jabadha qomoko

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Před 4 lety +3

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkk uuuuuuuuufffff kkkkkkkkkkkkkkkk❤❤❤❤

  • @aayyantuuitalaashawaa6492

    Dhugaa Eebifamaa garuu kolfan Dunee dhugaa waqa barumsa gudadhaa qaba Eebifamaa Eebifamaa bayee isin jalalan jalaa Kirtos itan nu jalaten Eebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💯🙏

  • @adanumamo8158
    @adanumamo8158 Před 4 lety +3

    Kkkkkkk❤❤❤❤❤❤❤

    • @jmo5441
      @jmo5441 Před 3 lety

      Baayee namaati toltuu nuuf jabaadhaa kkkkkkkkkkkk qaboo Kan kee baayee hajjayibaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂😂😂😂😂Uuuuuuuuuufffffffff gaaraa koo

  • @alawalawalaw3943
    @alawalawalaw3943 Před rokem

    Wow namatii tolaa dhuga ebbifaamaa dachaa dachaa

  • @sinbokoojesus6208
    @sinbokoojesus6208 Před 4 lety +4

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 wayyoo muxuxi kolfan yaa garaa koo kkkkkkkk jiraadha babareedduu koo lagaa gajalatti kkkkkk wayyoo farsa warra oline fakkata

  • @sumsungsumsung2978
    @sumsungsumsung2978 Před 2 lety

    Dhugaa namatii tolluu jabadhaa nama bashansisaa dhugaa ❤❤❤❤❤😂😂😂

  • @lomiveneer7000
    @lomiveneer7000 Před 3 lety

    Waanuma qabatamaatti jiru dha, baay'ee nama barsiisa, warra cal jedhanii fiiganiif akka isaan dhaabatanii of ilaallaan godha, akka qilleensaa hin kaatan. Giddu galeessi keessan gara dhugaatti nama fiduuf haa ta'u. Eebbifamaa dhugaa.

  • @saboontuu.walaagaa472
    @saboontuu.walaagaa472 Před 3 lety

    Baay,ee naamaa boharisituu dhugaa isin jaladhaa ❤️❤️❤️❤️❤️👈

  • @riseandshine3656
    @riseandshine3656 Před 3 lety +1

    its really funny,,, i thought it was real first time i heard its audio,,,,, dinaaf amajaajji ,,,lol

  • @dasigutu8372
    @dasigutu8372 Před 4 lety

    Jabadha namata bayedhaf erga ta.a

  • @marsidave4061
    @marsidave4061 Před 3 lety +2

    It is really nice,it makes laugh to much May The Son Of Almighty Everlasting God Lord Jesus Christ Bless you & Protect you all!!!

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k Před 4 lety +2

    Waaqa kolfaan du'eekkkkkkkk
    Si'aa meqaa irraa dedebee dhagefachaa oleem 😍😍😍 ergaa guddaa of keessa qabaa 😍😍😍Ebbiifamaa

  • @zinomini8186
    @zinomini8186 Před 4 lety

    Wow jaabadhaa ijoollee kaku baay'ee sii jaaladha waaqayyoo baraf jirenyaa keessan haa Ebbisu ebbifama namati tola

  • @gddg2596
    @gddg2596 Před 4 lety

    Nutuu hin koffalla warra jalaa kolfu nurraa dhaabaa......wow dha kana irraa kan hafe

  • @caaltuulijtewaahidoo9452

    Bagaa gessee Baayee baredaa Ijara affi sanyii koo baayee namatii tolaa Galatoomii 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🙏🙏🙏🙏🙏

  • @caaltuulijtewaahidoo9452

    Baayee namti tolee sanyii offii ebbiffam jabbadaa oromo koo 😘😘😘😘😘😘😘🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

  • @itisagadisa9712
    @itisagadisa9712 Před 3 lety +1

    Maqaa waaqayyotiin qosuun hin danda'amuu warraa maqaakoo akkaa maalettii dhaahaan otoo hin adaabiin hin hafuu jedheraa iyesus.

  • @abarashsireetube9975
    @abarashsireetube9975 Před 4 lety +1

    Akkaa Har'aa kooti hin kolfinee uuufffeee😂😂😂😂 umurii dheeraadhaa hedduu nama bohaarsituu❤😊😊

  • @seenaaintalaarsii3731
    @seenaaintalaarsii3731 Před 4 lety

    Bayee bayee namati toolaaa dhugaa jajabadhaaa ijoleee oromoo tiyaaa itiii mudaaa

  • @firaaoliichannel5460
    @firaaoliichannel5460 Před 4 lety

    Jabadhaa jabadhaa sanyii wanii koooooooooooooooo hammatuun is hin Arriigiin good idea for ever

  • @tarikuabebe5992
    @tarikuabebe5992 Před 3 měsíci

    Eree Wuu 😁😁,Oh My God Thank you , by the way this is the reality😁😁,Maalumaafuu Ayyaanni rukuttaa hundaa olii🤣

  • @yobsankebede9120
    @yobsankebede9120 Před 3 lety

    Jabaadha wqyoo isin haa eebbisu

  • @hailuregasa327
    @hailuregasa327 Před 3 lety

    baay'ee namatti tola jabaadhaa aartii keenya nuuf guddisaa

  • @yobsiiwakjira5324
    @yobsiiwakjira5324 Před 4 lety

    Baga gesanii
    Wwwwww bayeee garidha

  • @desalegnshow
    @desalegnshow Před 3 lety

    Dhugaa yeroon isin ilaalu baay'een bashannana. Bashannana qofaas osoo hin taane barumsa hedduus ni dabarsa. Yesuus haa mul'atu malee kan keenya rakkoo hin qabu.

  • @mahataan9681
    @mahataan9681 Před 4 lety

    Kkkkkk Jabadha akkanumati bayy'ee namati tolaa barusaa gudda qabasi 🌹🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️♥️♥️♥️♥️🏆🏆🏆🏆

  • @birko3050
    @birko3050 Před 4 lety

    Wayyoo wayyoo kolfan dhumne barana 😆😁😁😁wagga kumaa nuu jiradhaa bay.ee nuu boharsitanii bagaa bara har,aa gesan 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻❤❤❤❤❤❤❤❤Akkaa isiin iddoo gudda gesan Abdii isinirra qabna jabadha ❤❤❤❤❤🌻🌻🌻🌹🌻🌻🌻

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Před 4 lety

    Jabaadha,barumsaa guddaa dabaarsituu dhugaa eebbifamaa dachaa dachaa maqaa yesuusiin

  • @madiioromtiitintalaabbagad9207

    Isaa jalaana nuuf jiraadha ijja hamaa isiniraa haa qabuu dinii kenyaa biyoo haa nyaatu yaa oromo koo ❤👍

  • @dreamcitychristchurch8853

    Haha wawu wonderful bayee namati tola jebadha

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289

    Woowwo Eebbifamaa Ergaa baayi'ee bareedaa of keessa qaba jabaadha 🙏🙏

  • @abdihaji762
    @abdihaji762 Před 4 lety +1

    Wow bayyen nakofalchiftan adugnam kessatu namni akka kessan na kofalchise hin jiru😂😂😂😂😂dinako dinako

  • @iyaasuskiristosiyyadinalim6008

    jabadha waqayoo Goftaa sin haa Ebiebisuu dachadhan Ebifamaa wagelayii mowadha

  • @enatbestelot5167
    @enatbestelot5167 Před 4 lety

    Bayy'ee namaati toltuu jabadhaa .....baay'ee sii jaaladha ebbifamaa

  • @mkitessa
    @mkitessa Před 4 lety

    Jabaadhaa Baayyee namatti tola.

  • @masiitubee4133
    @masiitubee4133 Před 3 lety

    Uuuuuuuuufffffffeeeeeee dhuga bayee namati toltuu uuuuuuuuffffffeee kkkkkk garaa koo bayee ebifamaa ebifama 👏👏👏👏👏👏🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @kokeettesfaa9624
    @kokeettesfaa9624 Před 3 lety +2

    Ebiifaamaa dachaa heeduu siin jaalaanaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💕💕💕

  • @Eነኝከወሎ32
    @Eነኝከወሎ32 Před rokem

    Wawooo bayeee sinii jaldhaa

  • @ruutnamee2768
    @ruutnamee2768 Před 4 lety

    Eebbifamaa ijoollee eebba ta'a ergaa gudda qaba hojiin keessan hundinuu

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay205 Před 4 lety

    Waqayoo sin ha ebbisuu kofaa garani na dhubee

  • @hawiinetoroshawaash4850
    @hawiinetoroshawaash4850 Před 4 lety +1

    Kkk😂😂dinaa koo dinaa koo Amajajii koo😂😂jabadha garuu ❤

  • @darartuudarartulelisaa7522

    Ebifamaa isaa ubate inn galaa thank you

  • @ganimucayesusabbagaridhaye9879

    Wowowow jaabadha ebbifama ❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏👏🎶🎵🎶🎵🎶🎵🎶🎵🎶🎵🎶🎼🎶🎼🎶

  • @Almazshiferq
    @Almazshiferq Před 3 lety

    Laga gajjalati achumati😃😃😃😃😃

  • @metiiiwallaga3427
    @metiiiwallaga3427 Před 4 lety

    Kkkk kolfaa nu fixanii malo nuf jiradhaa
    Baga gessani hundii ayyana garii😍😍😍🌻🌻🌻🌻🌻🌻🙏

  • @hawwiiintalaoromoo2743

    Kolfa malee maal jedhuree garaa kootu na dhukkube😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀 uuuffff ijoollettinana dhugaa akkuman isin jaaladhuu!!!!

  • @delmadodi977
    @delmadodi977 Před 4 lety

    Ebbifamaa 😂😂😂😂😂😂😂😂😂💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚

  • @ganethganeth6448
    @ganethganeth6448 Před 3 lety

    Wayoo garaa koo kolfanii dunee malooo bayeee namatii toltuu dhugaa jabadhaa 😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃💯💯

  • @sifannorommyaasifann5550
    @sifannorommyaasifann5550 Před 4 lety +2

    OMG 😂😂😂 ijoollee kunii hojii garii hojachaa jiruu baarumisaa gudaa qabaa

  • @gemechudame2787
    @gemechudame2787 Před 3 lety

    wayii dinnaa koo namaa dhibduu barumsaa guddadha!