Sansaakkaa - “Osoon Mootummaa ta’ee...” - Aartist Saamsoon Mokonnin - Afaan Oromoo - AM Meznagna

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • #Ethiopia #Oromo #SamsonMekonnen
    Dilbata sa’a 8:15 tti teeleeviizyinii Abbaay Miidiyaa irratti
    እሁድ ከቀኑ 8:15 ሰዓት በዓባይ ሚዲያ ቴሌቪዥን
    Sunday @ 2:15 PM only on Abbay Media TV
    A talk show hosted by artist Samson Mekonnen. Famous and well-known people are invested as guests of the show. It has a music performance segment on which musicians perform their works.
    Subscribe to watch exclusive local & Unique Ethiopian productions from your favorite Abbay Media TV shows. |የሚወዷቸውንና በአይነቱ ለየት ያሉ የዓባይ ሚዲያ ፕሮግራሞችን ለመመልከት የCZcams ገጻችንን ይከተሉ።|
    CZcams: / @abbay-tv
    Facebook: / am.meznagna
    Instagram: www.instagram....
    TikTok: vm.tiktok.com/...
    Watch Abbay Media Television on Ethiosat with 11165 Frequency, NSS 12° 57, Symbol Rate 45000, Polarization Horizontal

Komentáře • 346

  • @SAMSONMEKONNEN
    @SAMSONMEKONNEN Před 2 lety +41

    Guddaa Galatoomaa
    Thanks so much for all Like&share

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety +2

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OromokOO prank aja.ibaa daawwadhu💚

    • @kayobabufufa2094
      @kayobabufufa2094 Před 2 lety +2

      SAAMII koo ADARAA chanel koo Subscribe, like, share naaf godhi

    • @faxumaaabdullahabdalaa9827
      @faxumaaabdullahabdalaa9827 Před 2 lety +1

      Wanii ofii sanyii koo wwwwoooo ba,yee si jalallaadha barii Samson kena 😘😘😘😘😘😘😘😘✅

    • @ozilkamiseewallo2288
      @ozilkamiseewallo2288 Před 2 lety

      ❤❤❤🙏🙏🙏 www waan ggarridha bayee namatii toolaa waan ofi saaggalee siressaa giiddu gidduun ciiccatuu barrbadda

  • @sarina9693
    @sarina9693 Před 2 lety +9

    Abba manakoo ❤️

  • @oromiyanbiyya9561
    @oromiyanbiyya9561 Před 2 lety +9

    ijollee oromo akanatti arguun koo heddu na gammachissa dhugaa rabbii jajabeessa

    • @hanniishawatube6604
      @hanniishawatube6604 Před 2 lety

      Baredu too mati naf tayi sanyi

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii 😘

  • @abdisatafa2468
    @abdisatafa2468 Před 2 lety +10

    Wooow sami nama nutti baay'ee jalanu nuf aferte jabadhu akkanummatti itti fufi.

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️

  • @sofinura2908
    @sofinura2908 Před 2 lety +2

    Jabbadhaa guudisaa lakkii fii sherii dhaan

  • @ODM2019
    @ODM2019 Před 2 lety +6

    Wow amazing sol🙏 jabadhu

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @dhaltuu.xiyooyutubii9658
    @dhaltuu.xiyooyutubii9658 Před 2 lety +1

    Www dhugaa Galatoma Kee Oromiyaafii Bilisummaa

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Před 2 lety +2

    2n keessanuu hedduun jaalladha baguuma keenyaa taatan,ijji.hamtuun isiin hin argiin Sabboontoota keenyaa 💔💔💔💔💔🙏

  • @gemechisbayisa4296
    @gemechisbayisa4296 Před 2 lety +1

    saamsoon sagantaan keessan "eenyuutu hir'ata" akkasumas sansakkaan baay'ee natti toleera. nan hordofas. ani garuu gama kootiin gara aartiitti dhufuuf hawwiin qaba. keessumaa karaa fiilmii hojjechuu itiyoophiyaa keessatti irratti hojjetamaa hinjiru. akkas jechuun filmii kaaraatee wajjin wal qabatu, akkasumas kanneen biroo irratti jechuukooti. keessumaa aadaan fiilmii oromoo guddachaa hin jiru. kana irratti wantoota fooyyesinu fooyyessinee caalaatti akka hojjennun yaada guddaan qaba.

  • @gghh8944
    @gghh8944 Před 2 lety +2

    Yooyyaa

  • @yeroonkeeti4007
    @yeroonkeeti4007 Před 2 lety +1

    Alaabaan AM irra jiru maali isheen iskiriiniirra Kara harka bitaa gubbaarra jirtu naaf galuu dide

  • @dhaabbatadamee1849
    @dhaabbatadamee1849 Před 2 lety +4

    wow Waaqoo nuu dhiyeesuu keef gaaltoom baayeen jaalladhan atis jabadhu

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️

  • @yashiyoutube5763
    @yashiyoutube5763 Před 2 lety +2

    Wawoo jajabadhuu sanyii ofii matti naaf ta'aa sanyii koo

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️

  • @sofinura2908
    @sofinura2908 Před 2 lety +4

    Mashallah baayee namatii tolaa jabbadhaa

  • @user-me3kp4kf2f
    @user-me3kp4kf2f Před měsícem

    Jajaboo koo jabadhaa sin jalanaa😍😍😍😍🙌💪

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Před 2 lety +1

    Wayiiiiiii kolfaan dhumnee mudaannoo keessaan,garuu asuuman Sami keenyaa cidhaa keessaan Eegaa jirraa itti nuu dafaa😍🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @tarreemedia
    @tarreemedia Před 2 lety +2

    Welcome...

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @kasushow3211
    @kasushow3211 Před 2 lety +2

    Jalatamtota kenyaa

  • @darajjeesobboqsa8114
    @darajjeesobboqsa8114 Před 2 lety +1

    ijaraa afaa qaliiwaan ijolee oromoo

  • @christianchannel9552
    @christianchannel9552 Před 2 lety +11

    Wow hojii bonsaa jalqaabdani jirtu, jabadhaa!!!
    Studion kessaan,akkatan waraabbii camera kessaan, qosaan kessaan baay'ee baredaa👌👌

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please dawit

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @SIMBOOTUBE
    @SIMBOOTUBE Před 2 lety +2

    Wawuuu bayee dansaadha akkanumatti itt fuufii pls share naaf godhi waali gudissuuni adda keenaa💕🙏🙏🤔

  • @oromotube5593
    @oromotube5593 Před 2 lety +1

    Woww...baay'ee namati tolaa Nuuf jiraadha😍😍😍😍😍😍😍💯💯💯💯🙏

  • @tolerakasa6612
    @tolerakasa6612 Před 2 lety +2

    thank for your invitation

  • @Gaalaneekoo
    @Gaalaneekoo Před 2 lety +1

    Bayyee baredaa jabadhaa ijolee hacee nuu dhihesii mee

  • @tawokkaltualalha8273
    @tawokkaltualalha8273 Před 2 lety +2

    jabaadhuu jabaa sabaa

  • @qananiifayissaa8247
    @qananiifayissaa8247 Před 2 lety +3

    Jajjabadhu sammuu,ee keenyaa abdii saa baa jajjabadhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🌳🌳🌳❤❤❤

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please qaninii

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @waktolalamesa1189
    @waktolalamesa1189 Před 2 lety +2

    wow!!!! qophii baayyee bareedaa nuuf eegaltaniittu,jabaadhaa,umurii nuuf dheeradhaa!!!!! milkaa'insa caalutti darbaa!!!!!!!!!!!!

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please waktola

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @takeleabdisa1350
    @takeleabdisa1350 Před 2 lety +1

    jabaadhu

  • @teklederessa769
    @teklederessa769 Před 2 lety

    Artist Saamsoon waan gaarii eegalte jabaadhu hormi kan hangas hin geenyeen wal faarsee wal guddisaa nutis namoota akka keetii akkana yaalanii aadaa Uummat Oromoo guddisan haa deggerru.

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii 😘

  • @letich331
    @letich331 Před 2 lety +1

    Jabaa keenyaa waqoo getcho jabaadhuu amaalee2

  • @SaraSara-tj1vp
    @SaraSara-tj1vp Před 2 lety +1

    Wowww baayy.e namatti tola itti fufaa❤💚❤

  • @mitikuemana
    @mitikuemana Před 2 lety +2

    akkas ijoolleen badiyaa

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @user-nn1pq4qn1h
    @user-nn1pq4qn1h Před 21 dnem

    Lamaan keessaan baay'een jaaladha❤❤❤

  • @fanoosfanoos1362
    @fanoosfanoos1362 Před 2 lety +2

    Jabadha bay'ee bay'ee namati tolaa 💕💕🙏🙏🙏🙏👍👍

  • @AlphaCreativeDesign1
    @AlphaCreativeDesign1 Před 2 lety

    Diraamaa bayyee hojjettaa garu amma ko hin gessu jabaadhu.

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @noormakamreh8649
    @noormakamreh8649 Před 2 lety +2

    Jabadhu kotaa kenyaa hoji garidhaa bayee umani kenyaa kanaa jabesuu qabaa wwwww dhugaa namati tolaa

  • @habibahabiba2873
    @habibahabiba2873 Před 2 lety +1

    Wowowow wanni baredaa jamaratani jabadhaa akkanumatii itti fufaa oromo koo jajabesaa

  • @oromootiyya9142
    @oromootiyya9142 Před 2 lety +1

    Bayyee namatti tolaa jabadhaa🥰🥰🥰🥰

  • @Nuuree-v8
    @Nuuree-v8 Před 8 měsíci

    Waw umm jaalala

  • @mujeemahamad4478
    @mujeemahamad4478 Před 2 lety +1

    Woow woow woow bayyee namatti toola

  • @giftekaduro3896
    @giftekaduro3896 Před 2 lety

    Welcome bayyee bareedaa dha jirdhaa

  • @lensamulunafamily5103
    @lensamulunafamily5103 Před 2 lety +1

    Solomo jabadha bayen sin kabaja sin jaladha sin dinqisifadhas🙏

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please lensa

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii qalii ko 😘

  • @qumbidasalegn9120
    @qumbidasalegn9120 Před 2 lety +1

    Jabaadha ijjoollee Oromoo keenyaa

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please qumbii

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @NasruJamaal-b8s
    @NasruJamaal-b8s Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤

  • @yonitube7684
    @yonitube7684 Před 2 lety +1

    ❣❣❣❣❣❣❣

  • @xajuucamaraa3610
    @xajuucamaraa3610 Před 2 lety +1

    Wawooo wawooo bayee namatii toltu jabadhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @madinataju7355
    @madinataju7355 Před 2 lety +2

    Hojii gardhaa jabaadha

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️ 😘

  • @devoko6566
    @devoko6566 Před 2 lety

    Ofii keessanif akka kanatti Wal kabajuun iddoo waliif kennu keessan baay'ee jaaladheera.
    Isin lafee dugdaa artii oromootti.
    Dabalatanis qaboo+Dr abdiisaa💯💘💘💘💘💘💘💘💘√√√

  • @zufnea2955
    @zufnea2955 Před 2 lety +5

    ተወዳጆች እንኳን በሰላም መጣችሁልን

  • @UserUser-tz1ln
    @UserUser-tz1ln Před 2 lety

    Wawoo wawo kesumaa bayee jalanuu waqqoo kooo jabadhuu jajabe kooooo

  • @dohaqatar5726
    @dohaqatar5726 Před 2 lety

    Jabadhaaa itiii fufaaa 💞🥰💞🥰💞💚💚💞💚💞💚💞⚘🌹🌷💘🌷💘🌷⚘💘⚘💘🌹⚘🌹🌹

  • @janatjana658
    @janatjana658 Před rokem

    Dhugaa dubbachuu waqoo wani bay,e sira baradhe jabadhuu

  • @mekonnengirma3439
    @mekonnengirma3439 Před 2 lety +2

    Aboo bareedadha,jabaadhu!!

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please mekonnen

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @tolerakasa6612
    @tolerakasa6612 Před 2 lety +1

    great

  • @takeleabdisa1350
    @takeleabdisa1350 Před 2 lety +2

    Saamsoon mee atumti illee jabaadhu aadaa keenya beeksisi

    • @Imbabsa
      @Imbabsa Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i Takele 🙏

    • @takeleabdisa1350
      @takeleabdisa1350 Před 2 lety

      @@Imbabsa tole garuu kush median kan Saamson moo? kan eenyuuti

    • @Imbabsa
      @Imbabsa Před 2 lety

      Lakki maqaa Kanaan illee channale baay'eetu jira an duursee maqicha waanan jaalladheefan jijjiiruu dhiise.

  • @chelkebagudeta2644
    @chelkebagudeta2644 Před 2 lety

    Baay'ee namatti tola dhugaa! Samii keenya jabaadhu hojjiitti jirta! Waan addaati bar sagantichis!

  • @oromediakoo3797
    @oromediakoo3797 Před 2 lety +1

    studio farsuu dhisaa wal jajjabessa oromoo aartii oromoo haa jabessinuu kan ormaa jalaa deemu dhisuu kenna haa jabbesinuu maaloo oromoo

  • @lilifirdissa2451
    @lilifirdissa2451 Před 2 lety

    Baa'yee namati tolaa jabadha lammiikoo

  • @aregashadugna8121
    @aregashadugna8121 Před 2 lety

    Jabaadhu Samsoon, Hojii boonsaa fii Bohaarsaadha.

  • @habibagadisaa9757
    @habibagadisaa9757 Před rokem

    ❤❤❤❤😢😢

  • @naseemasaif1945
    @naseemasaif1945 Před 2 lety +1

    Wowwwww jabadhuu

  • @sagaleeinjifannoo6928
    @sagaleeinjifannoo6928 Před 2 lety

    baay'ee namatti tola, dhugaa utuman kolfuun daawwadhee xumure, irraas baradheera. JABAADHAA!

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @teferitesfaye5992
    @teferitesfaye5992 Před 2 lety

    Wwwwww bayyee namattii tolaa

  • @haadhabiyyaoromtiittilove7678

    Sami galatoomii Waaqoo nuuf haferuu keetiif

  • @Visionarygeneration
    @Visionarygeneration Před 2 lety +4

    Namatti tola Samson!

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromokOO prank aja.ibaa daawwadhu💚
      1

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️

  • @iFAA_Tube8
    @iFAA_Tube8 Před 2 lety +3

    Qophi bayye baredudha jabaadha galatomaa

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please gadisa

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️

  • @lalifadhil5024
    @lalifadhil5024 Před rokem

    🤩🤩🤩🤩

  • @sirbootagaragara
    @sirbootagaragara Před 2 lety +1

    wwwwwwwwwwwwwwwwww jajabadhuu atilee nagargarii

  • @ferenjoferenjoo7207
    @ferenjoferenjoo7207 Před 2 lety +2

    Baayyee namati tola jabbadha

  • @abdidejene9657
    @abdidejene9657 Před 2 lety

    Galatoma laman kessaan iyyuu

  • @seenaa87
    @seenaa87 Před 2 lety +1

    Isiin laachuu artii Oromoof ijaa❤❤

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please siinqee

    • @jaldumedia1
      @jaldumedia1 Před 2 lety

      Siinqee tube matti naff ta'i mee sanyii koo

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @samuelabebe7375
    @samuelabebe7375 Před 2 lety +1

    Dhugaa dubbachuuf kana arguun anaaf gammachuu guddaadha jabaadha Haalli waraabbii fi teesumni istidiyoo keessani baayye nama gammachiisa garuu xiqqooshe haali sagalee keessani yoo sirrachuu waan danda,uu ta,ee gaari ta,a baayee hin dhaga,amu

  • @safawodekebi2367
    @safawodekebi2367 Před 2 lety

    Waaqoo is very determined Oromo Son!!

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️

  • @asterburaka3150
    @asterburaka3150 Před 2 lety +1

    Great job

  • @hintub
    @hintub Před 2 lety +3

    👍👍👍❤❤❤❤❤

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromokOO prank aja.ibaa daawwadhu💚
      1

    • @hintub
      @hintub Před 2 lety

      @@sanyiimedia575 metire piranki atii hojate chanali ke sene ture honaa hin jiru🤷‍♀️maal lale matii si ta'a????

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 Před 2 lety +2

    Anaa dhufuu

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️

  • @asterguta
    @asterguta Před rokem

    Wowwow❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @debelamelkamu5300
    @debelamelkamu5300 Před 2 lety +1

    wow baayee midhagaadha!! jabaadha

  • @kulaanitashe9401
    @kulaanitashe9401 Před rokem

    🥰🥰❤️

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko ❤️

  • @gullalleetube8754
    @gullalleetube8754 Před 2 lety +3

    Wwaawwoo ❤❤❤

    • @Imbabsa
      @Imbabsa Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i maaloo🙏🙏

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @abbaa8712
    @abbaa8712 Před 2 lety

    Good job. Jabaadha

  • @astermakkonin5331
    @astermakkonin5331 Před 2 lety +1

    Lachaan kessan eddun jaladhaa qaalii keenya 🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤

    • @hanniishawatube6604
      @hanniishawatube6604 Před 2 lety

      Asituye mati naf tayi lubu

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @lammiadugna1587
    @lammiadugna1587 Před 2 lety

    Www waaqoo nama aja'ibati hojiin keessaan heedduu namati tola jabadha

  • @frootube1226
    @frootube1226 Před 2 lety +1

    wwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwww maatii naaf taimee maaloo

  • @lekaentertainment2583
    @lekaentertainment2583 Před 2 lety

    WOW dhugaa baay'ee namatti tola Sool itti fufi

    • @sameerasami4404
      @sameerasami4404 Před 2 lety

      Wawowo Baay ee naamatti toltuu 💗❤️💕💕

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo

  • @lelodeme7331
    @lelodeme7331 Před 2 lety +1

    jabaadhaa kanumarrammoo hojjedhaa

  • @ayyantukaachalii4242
    @ayyantukaachalii4242 Před 2 lety

    Nuuf jiraadha jajabbee waan keenya ❤💚

  • @tstube9448
    @tstube9448 Před 2 lety +2

    Qopi baye barredadha jabadha

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromokOO prank aja.ibaa daawwadhu💚
      1

  • @anisjiraamallamchanell2027

    Wawww bga keenya taatan u

  • @rabbiitokkichaa3956
    @rabbiitokkichaa3956 Před 2 lety

    Jabadhaa oromoo tiyyaa

  • @abechbaba4936
    @abechbaba4936 Před 2 lety +2

    Ana dhufa 😍😍😍

    • @hanniishawatube6604
      @hanniishawatube6604 Před 2 lety

      Abech mati naf tayi lubu

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @fayerashuneofficialyoutube5311

    Saamsoonis waaqoonis namoota jajjaboo oromoon qabu keessaa iddoo olaanaa qabdu eebbifamaa. Jabaadhaa warra jelaan dhufanis hirmaachisuun uummata barsiisaa deemuu isinitti hin himu.
    Ulfina guddaa qabdu!

  • @hawiieticha3312
    @hawiieticha3312 Před 2 lety

    Hayyee bayyee namati tola ❤💚❤

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ❤️

  • @lensamulunafamily5103
    @lensamulunafamily5103 Před 2 lety

    Baga nagan dhuftaan

    • @obseegorba
      @obseegorba Před rokem

      Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii

  • @eyasugudeta8938
    @eyasugudeta8938 Před 2 lety +1

    lamman keessanuu baayyeen isin jaalladha.qophiin keessan namatti tola,nama bohaarsa .nuuf jabaadhaa,nuuf jiraadhaa

  • @letich331
    @letich331 Před 2 lety +1

    Samii bayeee galatoomi waqoo afeeruf

  • @ifabariientertainment797

    bayyee namati tolaa

  • @hamertib8355
    @hamertib8355 Před 2 lety +1

    Bayee damaqiinanin sindhegefadhe fiixee.... qophii midhagadha

  • @sanyiimedia575
    @sanyiimedia575 Před 2 lety +2

    JABADHAA SANYIIKOO

  • @ayantuayantu1204
    @ayantuayantu1204 Před 2 lety +1

    W 💚❤💚