#GOOTA

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 16. 06. 2022
  • Qaalii entertainment yeroo hunda jimaata galgala sa'a 1:00 irraa eegalee baacoowwan babbareedoo isiniif qabatee dhiyaata isinis SUBSCRIBE gochuun maatii keenya taa'a!
  • Komedie

Komentáře • 232

  • @ayegame4944
    @ayegame4944 Před 2 lety +5

    Maalii waansaa dhabatiinitumaa nu lalatuu hoo🤣🤣🙄🙄🥰🥰Abboo gadii dhisaa🙄

  • @galoocawwaqa1620
    @galoocawwaqa1620 Před 2 lety +4

    kkkkkkkkkk wayyoo garaa koo kolfaan duu'ee maloo hojii keessaan nyadhaa dhugaa 😆😆😆🤣🤣🤣🤣🤣

  • @laliseayyana7800
    @laliseayyana7800 Před 2 lety +2

    Waqaa garaa gurracha nu olchiii 😍😂😂😂😂

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta6940 Před 2 lety +1

    Oo my god mardhuman naa dhumeem sababaa keessanittii hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @dagimishetudagimishetu9858

    Bayeee bayeee namatti tola..nuuf jabadhaa. Nutti isiniif ilaala. 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @shafisashow7681
    @shafisashow7681 Před 2 lety

    Jabadhaa isiin faana jirra

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto618 Před 2 lety

    Bay'ee namatti tolaa nuuf jiradhaa jedhaa kaa hin sodatinaa jedhee wolitti naqee Abee Gootaa jedhaani
    ♥️♥️♥️♥️🙏

  • @riyadeetube3848
    @riyadeetube3848 Před 2 lety

    Jabaadha bayyee nubuhaarsaattu

  • @abdisharif371
    @abdisharif371 Před 2 lety

    Hhhhhh jabaadha ijoollee keenya qaali

  • @ebamekonnen5545
    @ebamekonnen5545 Před 2 lety

    HHHhhhhhkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk jabaadhaa waaqayyo siin yaa eebbisu bara badduu kana keessatti kolfuuma haganaa kolfuun iyyuu waan guddaadha

  • @user-cz3br6vx4d
    @user-cz3br6vx4d Před 2 lety

    ❤💚❤💯💯jajabee nama jabadhu

  • @genetgenet9909
    @genetgenet9909 Před 2 lety +2

    Har,aa guyyaa sobattii 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 nuuf jiraadhaa oromoo koo 💕💕💕💕 gootaa ijoolee oromoo koo

  • @shaashituuchawaqaa9006

    Wow baay ee midhagduu

  • @lensiyadasa8091
    @lensiyadasa8091 Před 2 lety

    Kkkkk namati toltuu jabaadha

  • @chaltud4543
    @chaltud4543 Před rokem

    Jabadha dhugaa

  • @turekebede40
    @turekebede40 Před rokem

    Wow bayee namatitolaa

  • @chaltud4543
    @chaltud4543 Před rokem

    Kkkkkkkkkkk jabadha dhugaa

  • @oromokoo1042
    @oromokoo1042 Před 2 lety

    Kkkkkk hin du,eyi jedhee

  • @daroowallagga5743
    @daroowallagga5743 Před 2 lety

    Very funny 🤣🤣so good comedy oromo

  • @obsaatube7566
    @obsaatube7566 Před 2 lety +1

    Kkkk hehehe hehehe😁😁

  • @jesuschrist-kb7tx
    @jesuschrist-kb7tx Před 2 lety

    Wayo garaa koo baga kenyaa tatan🤣🤣

  • @senaa2350
    @senaa2350 Před 2 lety +1

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤️❤️❤️❤️💓🥰🥰🥰🥰🥰🥰Kolfaa mucuqii Nuf jiradhaa Qaliiwan Kenyaa Heduun isiin jaladhaa Kodeewaankoo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @riyadeetube3848
    @riyadeetube3848 Před 2 lety

    Baga nagaan dhufta

  • @sorartube5032
    @sorartube5032 Před 2 lety

    Dhugaa Abjuun kun miirraa keessa nama galchaa😁😁😁

  • @habibhal2375
    @habibhal2375 Před 2 lety

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 wayoo Gara koo

  • @gadisaimiru4080
    @gadisaimiru4080 Před 2 lety

    kkkkkk kolfaa dhumnee galatomaa

  • @ahmadtemam5074
    @ahmadtemam5074 Před 2 lety

    Jabaadhaa🤘

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu2588 Před 2 lety +1

    Ijoolee keenya qaqaalii baayee isin jalaana ❤❤🌹🌹✍

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta6940 Před 2 lety

    Wayyii gootumaa 🙊🙊🙊🙉🙉🙉🙉

  • @hayatteshome7470
    @hayatteshome7470 Před 2 lety

    😁 kkkkkkk 🤩 Wayoo garaako galatoma jabaadha obboleewwan koo ❤️❤️❤️👍 bayye nama boharsituu🤩🤩🤩

  • @belayenshbacha3303
    @belayenshbacha3303 Před 2 lety +1

    Wel came ijoolee Kenya bagaa nagaa dhufitan

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 Před 2 lety

    Anaa dhufuu qaalliwaan koo

  • @walatmikaaeel6211
    @walatmikaaeel6211 Před 2 lety

    Wayoo gara kooo jarsaa kana kkkkkkkkk kkkkkkkkk kkkkkkkkk kkkkkkkkk

  • @helleen4304
    @helleen4304 Před 2 lety

    Dhugaa wamichumaa madamii kotifan hin ilaliin bulee
    Bayyyee namatii tolaa jabadhaa 🥰🥰❤️💚

  • @gamachoetio3881
    @gamachoetio3881 Před 2 lety

    Kkkkkkkkkk uuuffffii garaakoo

  • @efaemiru2707
    @efaemiru2707 Před 2 lety

    Kkkkkk isa isin bona kanaan nagattan...kkkk irran taa'eehoo...kkkk utuma dhugaa godheehoo...kkk Wooooow! So funny 🤣😆😄😂😅😂

  • @jimojimo3148
    @jimojimo3148 Před 2 lety

    Kkkkkkk😁😁😁😁🤣🤣 Uuuufff kolfaati garaan naa dhukubee dhugaa Waaqayoo diramaan keesaan baayyee namaati tolaa jabaadha. Ittii fufaa.😁😁😁❤❤❤❤❤

  • @wollagaakoo2686
    @wollagaakoo2686 Před 2 lety

    Jaajabeekoo

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto618 Před 2 lety

    onnee Timatimi jedhee
    🤣🤣🤣🤣💯✅

  • @meskikebede4223
    @meskikebede4223 Před 2 lety

    Onnee timaatimii😳😳😁😀😀😎

  • @adiesaa9819
    @adiesaa9819 Před 2 lety

    Gedo obsaa sif haa kenuu

  • @kenaa693
    @kenaa693 Před 2 lety

    Gotaa ture ufe yaa Gara ko😁😁😁😁😁😁

  • @abebetamiru3029
    @abebetamiru3029 Před 2 lety

    Kkkkkk ayii sobaaa!!!

  • @BlueSky-hn2rx
    @BlueSky-hn2rx Před 2 lety

    Nubooharsuu keysaniif Galatoomaa 👏👏👏👏❤️❤️❤️

  • @mahamadhajii8414
    @mahamadhajii8414 Před 2 lety

    Jabaadhaa

  • @abdithom1940
    @abdithom1940 Před 2 lety

    I guys are the best

  • @SirajBadhasooroyouTube
    @SirajBadhasooroyouTube Před 2 lety +2

    Mee.maatii.ta.ii.oromoo.tiyyaa

  • @jamaaladam6867
    @jamaaladam6867 Před 2 lety

    Irraan ta.ee kaa kkkkkkk

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před 2 lety

    Abjuun dhugaa ta.ee baraa kana Keessaa kkkkkkkkkk jabadhaa obolewaan koo bay.ee namatii tolaa 😁😁😁😁😁😁💯💯💯

  • @faarffannaaafaanoromoo908

    Kkkkkkkk nuuf jiraadhaa Jaallatamooko 🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @amartiidheeressaa6254
    @amartiidheeressaa6254 Před 2 lety +5

    Wow! Qaaliiwwan,🤣🤣🤣🤣🤣😁😁😁😁😁😁💕💕💕💕My Favorite, Mee akkakoo, Laloo , Gammee, Geedoo,warri jaal'attan, Plse Like Tuqaafi🥰🥰kana malees, share subscribe, gochuun ijoollee kana jajjabeessaa🥰🥰

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu2588 Před 2 lety

    Wayyoo Garaakoo 😆🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @yeshiitarikuu601
    @yeshiitarikuu601 Před 2 lety

    wayoo Garaa kooo jiradha baayyeeen sin jaalaadha😀😃😃❤❤💞💞

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před 2 lety +1

    Dansaadha. Continue more.....

  • @genatitube3268
    @genatitube3268 Před 2 lety

    Kkkkkk qaxalee kenyaa

  • @mhcfgg7868
    @mhcfgg7868 Před 2 lety

    Kkkkkkkk jiradha

  • @KarraKooEntertaiment
    @KarraKooEntertaiment Před 2 lety

    Onnee Timaatimii kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk

  • @firomsismeseret
    @firomsismeseret Před 2 lety +5

    OROMOO Maqaan koo Firoomsis jedhama
    Barreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata.
    kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani akka tulluutti mul'adheen Oromummaa koo akka Gaaraa tti mul'isa.kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa...liinkiin isaa kunooti👉🏿👉🏿czcams.com/channels/AhIrit7gMr3W0rfK-DWxcw.html

  • @seenaaf4737
    @seenaaf4737 Před 2 lety

    Kaaaa kkkkk

  • @obsinnettokkummaa7210
    @obsinnettokkummaa7210 Před 2 lety

    Kkkkkkkk miskinaa koo ar'ii guyaa sobattiyi

  • @kamiljihad8411
    @kamiljihad8411 Před 2 lety

    kkkkk wayyoo garaako

  • @sifaan4836
    @sifaan4836 Před 2 lety

    Nuu jiraadhamee

  • @BBchan-pu2rc
    @BBchan-pu2rc Před rokem

    Namaa dhibduu

  • @rijalzenu777
    @rijalzenu777 Před 2 lety

    Diraamaan keessan hedduu Nama bohaarsa Jabaadhaa 😍😍

  • @bonishastudio
    @bonishastudio Před 2 lety +1

    Welcome Qalii Intertemen

  • @muftiinuraan1694
    @muftiinuraan1694 Před rokem

    Bayee namatii Toltanii

  • @imuugirma7179
    @imuugirma7179 Před 2 lety

    Wow Bagaa Nagaan dhuftan

  • @DesoLelisa
    @DesoLelisa Před 23 dny

    Qaallii

  • @osamaadem7168
    @osamaadem7168 Před 2 lety

    Welcome back

  • @bonaa.tubbuu3689
    @bonaa.tubbuu3689 Před 2 lety

    Well.came

  • @abdushakuurjamaal1989
    @abdushakuurjamaal1989 Před 2 lety

    Hardhaa guyyaa sobaati😄😄

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Před 2 lety +1

    Kkkkkkkk waan abjuun kuni nama gootu😁😁😂
    Nuuf jiraadha ❤😍

  • @chimdikw3450
    @chimdikw3450 Před 2 lety

    Heddu namatti toltu❤💚❤

  • @ganatiayalew8639
    @ganatiayalew8639 Před 2 lety

    Wawu baga naga nu dhufatani ijole tenya Malini imo hin badani

  • @oromokoo1042
    @oromokoo1042 Před 2 lety +1

    Misaa hojeedhe debi,umo ama dafatan gadi dhiiftuu

  • @megpanlican3056
    @megpanlican3056 Před 2 lety

    Ejuuni argee kkkkkkkkkkkkkk

  • @absdefal3826
    @absdefal3826 Před 2 lety +1

    yoom gaha

  • @iftuuiftuu5237
    @iftuuiftuu5237 Před 2 lety

    Kkkk kkkk maal namatti toltu

  • @nuradinabdulhi8787
    @nuradinabdulhi8787 Před 2 lety

    galatoma Nuf jiradhaa 😍🥰🤩

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 Před 2 lety

    Welcome baga Nagaan dhuftaan

  • @NardosTube
    @NardosTube Před 2 lety

    Wow bayyee namatti tola

  • @wollagaakoo2686
    @wollagaakoo2686 Před 2 lety

    Jabadhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ijeellee biyyaakoo

  • @sadman8132
    @sadman8132 Před 2 lety

    Wwwoo

  • @FamilyChannel7-37
    @FamilyChannel7-37 Před 2 lety

    You guys you are doing great! Thanks

  • @mamawaanofii7316
    @mamawaanofii7316 Před 2 lety

    Wow.... nice

  • @rufiyaa8980
    @rufiyaa8980 Před 2 lety

    Welcome wwww.

  • @tfsfhjdh3240
    @tfsfhjdh3240 Před rokem

    😁😁😁😁👌👌

  • @martiiketihordofaa8176

    Uuuf garaa koo naani duu'e 😁😁😁😁🤣🤣🤣😂

  • @FayiseDhabasa
    @FayiseDhabasa Před měsícem

    😂😂😂😂😂😂

  • @hchhchd8002
    @hchhchd8002 Před 2 lety

    Kkkkkkkkkkk

  • @darajeabdisa1069
    @darajeabdisa1069 Před 2 lety

    Gootummaan Kee amaanummaa moo jarsaa🤓🤓🤓😁😆

  • @darajeabdisa1069
    @darajeabdisa1069 Před 2 lety

    Kkkkkk

  • @siifaansalale2786
    @siifaansalale2786 Před rokem

    Kkkkkkkkkk 🤣🤣🤣

  • @turuy1008
    @turuy1008 Před 2 lety

    Kkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkk ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤

  • @nuuroromoo6807
    @nuuroromoo6807 Před 2 lety

    Egaan jiraa dafii

  • @senaa2350
    @senaa2350 Před 2 lety

    Gedahoon Maskinaa dhugaa Waqayoo 🤣🤣🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️💓💓💓♥️♥️♥️♥️♥️💘💘💘

  • @delmadodi977
    @delmadodi977 Před 2 lety

    😅😅😅😅😅😍😍😍😍😍😍

  • @Sara-sv8fx
    @Sara-sv8fx Před 2 lety

    Kkkkkkkkkkkklk

  • @maammeeoromoo6857
    @maammeeoromoo6857 Před 2 lety +1

    🥰🥰

  • @shishi4089
    @shishi4089 Před 9 měsíci

    😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤