#MUUZIIKOO

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • Qaalii entertainment yeroo hunda jimaata galgala sa'a 1:00 irraa eegalee baacoowwan babbareedoo isiniif qabatee dhiyaata isinis SUBSCRIBE gochuun maatii keenya taa'a!

Komentáře • 414

  • @hawwiitube2142
    @hawwiitube2142 Před 2 lety +4

    Mucaa isaa guraachaa kanaatuu naa kolfisiisaa waq akkam isaa godhaa jedhaam anii bayyee namatti toltuu nuf jabadhaa wan ofii waan 🥰❤💚❤

  • @MichuMO
    @MichuMO Před 2 lety +11

    Baga Nagaan Dhuftan!!
    Nuyis dhufneerra torban eeggannee!!
    Torban dhufu ammoo isa darbe caalaatti kan gammachuu fi mo'ichaa nuuf haa taasisu Rabbi 🙏

  • @dibooraaamanulee2818
    @dibooraaamanulee2818 Před 2 lety +4

    Jabadhaa dhugaa rabii maloo hojii garii hojechaa jirtuu nama kolfisisuu qofaa osoo hin tanee bayee nama barsistuu galatooma jalaadha 💪❤

  • @animucaakakuuti2197
    @animucaakakuuti2197 Před 2 lety +5

    Jajjabaadhaa Ijoolle. Daabii Kolffa Na Ajjeefte Dhugaa.😃😃😃😄😄😄😄

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhuU🙏

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please ani

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obboleekoo

  • @yeridagaga9831
    @yeridagaga9831 Před 2 lety +7

    wow baayee namatti tola, ilaa isin seenama ummataa keenya, xinsammuuu,hojii fi jiruu keenya nutti hima jirtuu, sabni keenya jijjiramuu qaba
    #JABAADHA KORMEWWAN

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKO prank aja.ibaa daawwadhuU💝

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please yeri

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

  • @MdevegmailcomMdeve
    @MdevegmailcomMdeve Před 2 lety +3

    Bayye namatti tollitu dhuga jabadha mucatti ishi baddiyati dhufite sana mee❤

  • @abdicash9891
    @abdicash9891 Před 2 lety +13

    Oromoo ijollee tana share godhaafi jajjabeesaa pls waan gaarii hojata jirtani jabadha qomo koo

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKOO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please abdii

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko ebifami

    • @abdicash9891
      @abdicash9891 Před 2 lety

      @@lalisejaleta5423 amen tole

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i abdiikoo

  • @fufujawarawal4209
    @fufujawarawal4209 Před 2 lety +1

    Jabadhaa bayee nati tola wagariin

  • @biftubregassa4666
    @biftubregassa4666 Před 28 dny +1

    Baayyee gaariidha garuu amma waan dhaabbateef gaddineerra

  • @obsineebekele2311
    @obsineebekele2311 Před 2 lety +3

    Jabadhaa itti fufaa qaliwaan kenyaa

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please obsiner

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety +1

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf obseekoo

  • @genetgenet68
    @genetgenet68 Před 2 lety +3

    Qarishii 200 , manaa bilbilaa banuuf ,, Yaa wayyoo ,, bunaa birr 10 dhugaan ,, hojjii ummee hojjachuuf birri 200 ,, 😀😀😀😀😀😀😀 nuuf jiraadhaa ,, 💔💔💔💔

  • @amartiidheeressaa6254
    @amartiidheeressaa6254 Před 2 lety +4

    Omg🤣🤣🤣🤣just Wow, really I like this comedy🥰🥰

  • @hirqheetasafayeetasafayee4181

    Jabadhaa bayee namatii tolatuu

  • @sadaatemaam3128
    @sadaatemaam3128 Před 2 lety +3

    Bayee nama tolla oromo jabadha

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i SANYIIKOO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝

  • @fenetabdisa9968
    @fenetabdisa9968 Před 2 lety +1

    Baay'ee bamati toltu jabaadha Oro koo💓💓💔💔💔💓💓💔💔💔💔

  • @faarisnaahim9294
    @faarisnaahim9294 Před 2 lety +2

    Jabadhaa ijolle Oromoo qallii nuf jiiradha

  • @rahimashjamaltudg9433
    @rahimashjamaltudg9433 Před 2 lety +2

    Ijole tenna inuma isni soqa hardha arge kotta woli jajabesa qommo ❤💚❤

  • @nechomengistu53
    @nechomengistu53 Před 2 lety +1

    Bohaarsaa dha jajjabaadha

  • @finfinneefinfinnee5777
    @finfinneefinfinnee5777 Před 2 lety +3

    Wallaggaadha mucaan biyya bunaatii dhufe🥰

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhuU🙏

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      @@sanyiimedia575 Malo mati naf taime sanyi ko ebifami dacha dacha

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i

  • @mesadagne8743
    @mesadagne8743 Před 2 lety +2

    Hhhhh www dandetii ajayibaa qabduu jabadhaaa 🥰🥰🥰🥰

  • @warqeeshambal430
    @warqeeshambal430 Před 2 lety +10

    Well come 😍😍

  • @siifaansalale2786
    @siifaansalale2786 Před rokem +1

    Wayyoo qarshi 200👌♥️♥️🤣🤣

  • @BonsaAddisuGute430
    @BonsaAddisuGute430 Před 2 lety +2

    Jabaa'aa😁

  • @chaltud4543
    @chaltud4543 Před rokem

    Wowow jabaadha namatii tola

  • @mujahedoro8469
    @mujahedoro8469 Před 2 lety +6

    Oromo skip ad-beeksisa jara laala xummuraafi ijoollen kun guddachuu qabdi 😎🤣

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhuU🙏💝

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please mujahide

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

  • @obseobse563
    @obseobse563 Před 2 lety +5

    Kkkkkkk jabadhaa baay'ee namattii tolaa hojii gaarii irraa jirtuu👏👏👏🥰🥰🥰🥰🥰

  • @sirajwalloo8831
    @sirajwalloo8831 Před 2 lety +2

    Wagga7 gutu bunaa danfiste😂😂😂😂😂😂😂

  • @nafijossy6332
    @nafijossy6332 Před 2 lety +2

    Maloo kolfaa duuneekaa😁😁😁
    Isaa dhuugaa siirriti immo dandessu. Jabadha !

    • @paultube9898
      @paultube9898 Před 2 lety

      czcams.com/channels/sdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A.html linkii kanaan maatiiko ta'i Nafi Lemu tube jedhama

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

  • @kamiljihad8411
    @kamiljihad8411 Před 2 lety +1

    Dhugaa namatti toltu jabaadha

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i

  • @ekramabdela8107
    @ekramabdela8107 Před 2 lety +5

    Wel come baga ngy dhufata❤❤

    • @Oromia00
      @Oromia00 Před 2 lety

      Maatii naafi taayii senyii😍❤️

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please ekram

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko ebifami dacha dacha naga

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

  • @mulumokonon5168
    @mulumokonon5168 Před 2 lety +2

    Baay'ee namatti toltu jabaadha🤣🤣🤣💯💯💯💯💯💯

  • @keoltube3725
    @keoltube3725 Před 2 lety +3

    Ayii qarshii 200😆😹😹

  • @CaltuChantu-ww3rm
    @CaltuChantu-ww3rm Před 10 měsíci

    Wowowow dhugaa jabaadhaa eshii eebbifamaa❤❤

  • @ro7601
    @ro7601 Před 2 lety +3

    😂🤣🤣dhuguma muuzichi fokkisadha🤣😂”wagga torba buna danfistee”😂🤣😅

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please lubuu

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

  • @tofikyusuf2611
    @tofikyusuf2611 Před rokem

    😂😂😂😂😂 bayye namatti toltu jabadha

  • @memememee8161
    @memememee8161 Před 2 lety +2

    Ayii dhugaa barumsaa gudaadhaa kun warii badiyaa maal bekuu jirenyaa magaala 200 isaanif guddaadha

  • @ifaamargaa6254
    @ifaamargaa6254 Před 2 lety +4

    😁😁😁 isin naaf jiraadhaa maaloo🥰

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhu💝

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please ifaa

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko ebifami dacha dacha naga

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

  • @orokushtube6773
    @orokushtube6773 Před 2 lety +2

    Well come up

    • @Oromia00
      @Oromia00 Před 2 lety +1

      Maatii naafi taayii senyii😍❤️

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety +1

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

  • @neimaneima7927
    @neimaneima7927 Před 2 lety +4

    Mucan dheeraan sun baayee dirama barechaa ❤😁😁😁

  • @ebbiseoromo3626
    @ebbiseoromo3626 Před 2 lety +2

    Kkkkkkkkkkk woyyoo

  • @seenaashambal9396
    @seenaashambal9396 Před 2 lety +1

    Jabadha bay'ee isaat namati toltuu💚❤💚❤

  • @fadiye71shamsu70
    @fadiye71shamsu70 Před 2 lety +2

    Ijoollee jaal maarroo kotii goota waa hundatii😍😍😍

  • @user-nt4zb7wj2w
    @user-nt4zb7wj2w Před 2 lety +2

    Kkkkkkkkkkkk namatti toltu itti fufaa !!

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Chanalii kiyyaa Maatii Naaf Ta'i Obbolee

  • @ekramabdela8107
    @ekramabdela8107 Před 2 lety +5

    Ijoollee qaqaliin❤❤

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhuUU🙏💝

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

  • @jaalalaaddaa
    @jaalalaaddaa Před 2 lety +1

    Kolfa isa dhumarraa dheerressaa maaloo♥

  • @kalifailuu112
    @kalifailuu112 Před 2 lety +1

    Jabadha oromoko

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko ebifami

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i kaliifaakoo

  • @dailypost2024
    @dailypost2024 Před 2 lety +5

    Well come ! Akkas hin babbadinaa mee suusii nu qabsiisaa jirtu waaq

  • @woziirtoube4694
    @woziirtoube4694 Před 2 lety +1

    Garuu bayyee namatti toltu🤣🤣😘

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKOprank aja.ibaa daawwadhuU🙏💝

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbole

  • @ituumucaajalalaa327
    @ituumucaajalalaa327 Před 2 lety +3

    Kkkkkkk jabadhaa bayyee namatti toltuumii 🥰🥰🥰🥰🥰✔

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhu💝

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i obbolee

    • @ituumucaajalalaa327
      @ituumucaajalalaa327 Před 2 lety

      @@nantube1207 wayyee mali barsistaayuu

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      @@ituumucaajalalaa327 waantota dinqisiisoo addunyaratti ta'an

  • @yohanis6978
    @yohanis6978 Před rokem

    Wow namati tola

  • @metiiiwallaga3427
    @metiiiwallaga3427 Před 2 lety +4

    Well come😍😍
    Qarshii 200 wayyoka😂😂😂😁

  • @yeroomkebede463
    @yeroomkebede463 Před 2 lety +2

    Dafite nama amanita 🤣🤣🤣🤭

  • @alemiabetu9980
    @alemiabetu9980 Před 2 lety +2

    Wowo 💗💗💗

  • @AmirMN
    @AmirMN Před 2 lety +5

    Gurbaan mana nyaata naaf tahe 👍😂

  • @oromtittiiarsii9036
    @oromtittiiarsii9036 Před 2 lety +2

    Kkkkkkk qarshii 200

  • @senaittemesgen7351
    @senaittemesgen7351 Před 2 lety +2

    Wuu baayyeen kolfee dhugaa

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKO prank aja.ibaa daawwadhu🙏

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko ebifami

  • @hgada7597
    @hgada7597 Před 2 lety +1

    My goodness dhugaa baay'ee tapha dandeessu. Itti fufaa

  • @faxezinab3924
    @faxezinab3924 Před 2 lety

    Mani gurbatin namti toltii ogari fakkti .....🤣🤣💖jabdha oro koo

  • @fatumahasen7324
    @fatumahasen7324 Před rokem

    Torba gutuu buna danfiste 😂😂😂😂😂😂

  • @mohammedmama2066
    @mohammedmama2066 Před 2 lety +1

    Dhugaa rabbii natti toltaan

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko ebifami dacha dacha naga

  • @Hundumak
    @Hundumak Před 2 lety +1

    Wooow😂😂😂😂 Qarshii 200n mana mobalii banuuf 😂😂😂

  • @hanniishawatube6604
    @hanniishawatube6604 Před 2 lety +1

    Nora ijolee kenyaa

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i hanniikoo

  • @merkebedechesa6940
    @merkebedechesa6940 Před 2 lety +1

    Maaloo dhumanne kolfan uuff naaf taatani jirtuuu uffeee

  • @tilahuntilahun8005
    @tilahuntilahun8005 Před 2 lety

    Dhugaa bayyee hojetuum

  • @gelenefufeta3356
    @gelenefufeta3356 Před 2 lety +1

    Uuuuuu dhugaa bayee was hedhuu namaa dagachisaa

  • @bontuushawaambbo7582
    @bontuushawaambbo7582 Před 2 lety +2

    Dhugaa dubachuf baayyee namati toltuu dhugaa obolota keenyaa share godhafi jajabesa maaloo yaa saba keenyaa

  • @sifanijesus7503
    @sifanijesus7503 Před 2 lety +1

    Well come bagaa nagani dhufutaan

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i annaa

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 Před 2 lety +4

    Bay,ee namatii toltuu jabadhaa 👍 🤣🤣,birii 200 😁😁❤❤

  • @jabesaabdisa4611
    @jabesaabdisa4611 Před 2 lety +1

    Hin dandeessu dhugaa keep up.

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKOO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety +1

      Mati naafi tayyii please jabesa

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i take koo

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf jabeessaa

  • @amartiidheeressaa6254
    @amartiidheeressaa6254 Před 2 lety +1

    Wow😁😁😁😁Gamme, baadiyyaa keenya nu yaachiste😘

  • @ayyantuushowhi4138
    @ayyantuushowhi4138 Před 2 lety +2

    Wayoo garaa koo 😂😂😂😂😂

  • @mueeorotube7771
    @mueeorotube7771 Před 2 lety +2

    Kkkkkkk diramaa bayee Nati toluu

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOOKOO prank aja.ibaa daawwadhuU💝

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please muee

  • @hoolichaaflyrics
    @hoolichaaflyrics Před 2 lety +2

    Ilmaan qaali oromoo jabaadha. Isin faana jirra.

  • @hanakibru424
    @hanakibru424 Před 2 lety

    Jimii🤣🤣😍🤣

  • @seenaakeebekii7820
    @seenaakeebekii7820 Před 2 lety +2

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkkk yaa garakoo

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKO prank aja.ibaa daawwadhu🙏💝

  • @gutematufa1260
    @gutematufa1260 Před 2 lety +3

    the best commedy i have ever seen in my life. wow kolfaan nu fixxan. gara na dhukkube adaraa SUBSCRIBE godhaaf jabeessa. badhaafuu qabdu. dhugaa dubbachuuf koomeedii akkanaatti jalqaba amma xumuratti na kofalchiise hinjiru

  • @biqoozil3568
    @biqoozil3568 Před 2 lety

    Hhhhhh Malo hadho koo

  • @mureshow1758
    @mureshow1758 Před 2 lety +1

    Dhugaa osoo hinjaalatin sikofalhiisa dramichi

  • @dstutubehv9420
    @dstutubehv9420 Před rokem

    Wayo part please kolfan dhumnee walhi itii nu fufa please 🥰🥰🥰🥺😅😅😅😅

  • @meetiitolera8914
    @meetiitolera8914 Před 2 lety +1

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 qalliwaan koo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💞🥰🥰🥰💞💞💞♥️♥️♥️💚💚💚♥️♥️♥️

  • @metioromiyyaa6415
    @metioromiyyaa6415 Před 2 lety +2

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣👌❤️

  • @aminaakkk777
    @aminaakkk777 Před 2 lety +1

    😂😂😂😂

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera826 Před 2 lety +2

    Baay'ee bareeda jabaadha

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please abbabach

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i abbebech

  • @mahmoudalotti7575
    @mahmoudalotti7575 Před 2 lety +1

    😅😅😅😃😃😂😁😁😀

  • @user-yg8fy3el9o
    @user-yg8fy3el9o Před rokem +1

    ❤❤❤❤❤❤

  • @hgskskks4647
    @hgskskks4647 Před 2 lety +1

    😄😄😄😄😄

  • @amrisasaifu8584
    @amrisasaifu8584 Před 2 lety +2

    Baga nagan dhuftan 🥰

  • @deemamonaco2180
    @deemamonaco2180 Před 2 lety +1

    Wwwwww

  • @minuteshamra7078
    @minuteshamra7078 Před 2 lety +1

    Kkkkkkkkkkkkk

  • @podentertainment7762
    @podentertainment7762 Před 2 lety +1

    jaabadha

  • @takestakes3313
    @takestakes3313 Před 2 lety +2

    ,kkkkkkkkkuuuuuuuu♥️♥️♥️♥️

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i OROMOKO prank aja.ibaa daawwadhuU🙏💝

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i take koo

  • @oromiyaabiyyakoo3748
    @oromiyaabiyyakoo3748 Před 2 lety +1

    Baadiyyaa miillumaan irra adeemtankaa

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please waaqtolaa

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i waaqtola

  • @delmadodi977
    @delmadodi977 Před 2 lety +1

    Wwwww

  • @sukkuumdanboba5043
    @sukkuumdanboba5043 Před 2 lety +1

    Qarshii 200 walitti qabee dhufe

  • @Bonytube
    @Bonytube Před 2 lety +3

    😂😂😂❤❤❤🙏🙏🙏

  • @memememee8161
    @memememee8161 Před 2 lety +1

    Kkķkkkk

  • @kidanumisgana8290
    @kidanumisgana8290 Před 2 lety +1

    kan buna kafaleera hinbayyate male

  • @kamiljihad8411
    @kamiljihad8411 Před 2 lety +1

    Qarshii 200 mana mobile banu 🤣🤣🤣

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf taime sanyi ko ebifami

    • @nantube1207
      @nantube1207 Před 2 lety

      Yoo sitti tole Chanalii kiyyaaf Maatii Naaf Ta'i kamilkoo

  • @dammekhan3417
    @dammekhan3417 Před 2 lety +1

    Baga nuf dhuftani

    • @paultube9898
      @paultube9898 Před 2 lety

      czcams.com/channels/sdHDU0u4EyUUkkyGhCF9_A.html linkii kanaan maatiiko ta'i qashtii Lemu tube jedhama

  • @harbuuoromiyaa2471
    @harbuuoromiyaa2471 Před 2 lety +1

    😭😭😭Miskinticha...
    Same thing for pple left their country behind....