Miidhaa dijitaalaa "Hamister Kompat" ykn TapTap gahuuf qaamni itti gaafatamummaa fudhatu eenyu?

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • Teeknolojiin sirna daldalaa hammeyyeessuu, si’oomsuufi dijitaalessuurratti argama. Daldalli dijitaalaa maallaqaafi yeroo qusachuun xiyyoo addunyaa tokkorraa isa biraa walitti dhiheesseera.
    Maallaqni ‘online’niin daddarbun tuttuqqaafi maallaqa callaa baatanii naanna’uurraa nama baraareera.
    Argannoowwan teknolojii haaraa bahaniin immoo mana ofii taa’anii galii argachuufi maallaqa hojjechuun baratamaa dhufeera.
    Hojiin gama kanaan hojjetamu gaarummaa qabaatus akkuma kana miidhaas ni qabaata.
    Kanaaf fakkeenya kan ta’u daldala dijitaalaa barri fide ‘Bitcoin’ ‘Hamstercombat’fi kanneen fakkaataniin kaasuun ni danda’ama.
    Keessumattuu miidhaa daldala dijitaalaa gama kanaan gahuuf qaamni itti gaafatamummaa fudhatu, dhabamuun rakkoo ta’uu hayyoonni OBN dubbise kan eeran.
    Hayyuun Dinagdee Dr.Guutuu Teessoofi Ogeessi ICT’fi miidiyaa hawaasaa Obbo Abdiisaa Baancaa jedhanitti daddabarsi maallaqaa karaa dijiitaalawaan qaama sadaffaan ykn dhaabbileen maallaqaan kan to’atamu miti. Kun immoo biyya ykn Ardii wiirtuu godhate kan hin hundeeffannee fi dhaabbata biyyaalessaa ykn waaltawaa kamiinuu kan hin hoogganamne taasisaa jedhan.
    Taphoonni kara link telegramiin taphatamaa jiran dhugummaan isaa bu’aa qabeessa ta’u mirkaneessuuf rakkisadhas jedhan. Dabalataan karaa qaxxaaamuraa osoo hin dadhabiin maallaqni argamu hin jiru, waan harkaa qaban jabeeffachaa carraa jiru yaaluun akka filannoo biraatti ilaalamuu danda’aas himan.
    Akka yaada hayyoota kanaatti taphoonni karaa link telegramii fi miidiyaa hawaasaa gara garaan dhimmi itti bahamuu fi bu’aa karaa hojmaataa dijitaaliyizeshiinin wal qabatan argachuuf seeraa qabeessaa ta’u qaba. kun immoo nama dhuunfaa fi biyyaafis faayidaa qabaachuu eeran.
    Addunyaa ganda tokkoo fi teekinoloojiin walitti hidhamaa jirtu keessaattis guddina teekinoloojiitti fayyadamuu fi bu’aa qabeessummaa isaa mirkaneessaa deemuuf dhaloonni beekumsaa fi gahumsaa teekinoloojiin hoogganamu qabaas dhaaman.

Komentáře • 161

  • @oliyadbedasa733
    @oliyadbedasa733 Před 2 měsíci +36

    Amma qoosa dhiisa ti Dr fi Abdisan tap tap godhaa mee!

    • @Bontujaldu
      @Bontujaldu Před 2 měsíci +2

      Ofiifuu miliyoona seenanii jiru;

    • @ሀገሬ29
      @ሀገሬ29 Před 2 měsíci +1

      Dhugaa jette kunniin waanyituun dadhabsiistem🤣🤣🤣

    • @suutube4582
      @suutube4582 Před 2 měsíci

      😂😂😂

    • @Abi50505
      @Abi50505 Před 2 měsíci

      Soba jechuu barbaadaniitu Amma isin dhukubsataniirtu😏

    • @Hawiimohamed-r4e
      @Hawiimohamed-r4e Před měsícem

      Dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @huseinjundi4838
    @huseinjundi4838 Před 2 měsíci +27

    Liinkii isinii ergee jira tap tap godhaa🎉🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @Steven.24
    @Steven.24 Před 2 měsíci +5

    The journalist also the tap tap member 😂😂😂

  • @delitutube
    @delitutube Před 2 měsíci +6

    Sagantuma qopheessitan dhabdanii waan hinbeenne laaxxuu😂😂😂

  • @XasenAbdi
    @XasenAbdi Před 2 měsíci +9

    DR usaati isiniis ta tap godha🎉🎉

  • @tufabekele4055
    @tufabekele4055 Před 2 měsíci +4

    Dr. Guutuu! Sirni faayinaansii addunyaa amma jiru falaasama dinagdee ati beektu sana cabsee darbeera. Isuma leellisaa hafi ati!

    • @yodittamiru214
      @yodittamiru214 Před 2 měsíci

      Isa mitiiyi innini beeku isa bara Jaano sana

    • @YahyaaQwe
      @YahyaaQwe Před měsícem

      😂😂😂😂😂

  • @nabimaltimedia.1024
    @nabimaltimedia.1024 Před 2 měsíci +3

    Dhaloonni hojii dhabe Media sobaatin burjaaja'a jira. Hatattaman hojii dhabdummaan yoo hin furamne Rakkoo guddatu Biyya tana balleessuf deema.

  • @fileenmedia
    @fileenmedia Před 2 měsíci +12

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 imalli keenya gara fuulduraatti #Hamster kombat waliin

  • @kennaamediaofficial
    @kennaamediaofficial Před 2 měsíci +5

    Jabaadha tap tap godhaa sabni, shakkiin akkuma jirutti ta'ee itti muddaa!

  • @Tahirdesta88
    @Tahirdesta88 Před 2 měsíci +8

    Hayyu isin fidan kun wa'ee digital currency irra wama hin bekaan

  • @user-fr3fe9od5w
    @user-fr3fe9od5w Před 2 měsíci +4

    Hayyichi diinagdee baayyee sodatee 😂,kanayyuu gibira kaffaluu qabda jedhe.

  • @JawaizAhmed
    @JawaizAhmed Před 2 měsíci +1

    Maltu nugache Nuti tap tap gochuf iti muda jabadha tap

  • @eshetuabera2801
    @eshetuabera2801 Před 2 měsíci +1

    Maal Dr tap tap godhu jiruu isaani 10M Galuufi ta'uu

  • @DojangJim
    @DojangJim Před 2 měsíci +1

    Continue taptap

  • @abbasjamal-tm3rw
    @abbasjamal-tm3rw Před 2 měsíci +2

    Haster combat fi tap swap wahi qamadii fi boqqolloodha Kan isin yaada irratti kennattan

    • @GUGUTUBE150
      @GUGUTUBE150 Před 2 měsíci

      😂😂😂😂😂 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐣𝐞𝐞𝐭𝐞𝐧𝐢

    • @GUGUTUBE150
      @GUGUTUBE150 Před 2 měsíci

      😂😂😂😂😂 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐣𝐞𝐞𝐭𝐞𝐧𝐢

    • @GUGUTUBE150
      @GUGUTUBE150 Před 2 měsíci

      😂😂😂😂😂 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐣𝐞𝐞𝐭𝐞𝐧𝐢

    • @GUGUTUBE150
      @GUGUTUBE150 Před 2 měsíci

      😂😂😂😂😂 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐣𝐞𝐞𝐭𝐞𝐧𝐢

    • @GUGUTUBE150
      @GUGUTUBE150 Před 2 měsíci

      😂😂😂😂😂 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐣𝐞𝐞𝐭𝐞𝐧𝐢

  • @sukkeeoro8082
    @sukkeeoro8082 Před 2 měsíci +2

    Dhugaadh galatomii

  • @Minalu711
    @Minalu711 Před 2 měsíci +1

    Ayi habashaa wanti haraan yeroo dhufuu waan jettu hin dhabdu😂

  • @Kinetibeb19
    @Kinetibeb19 Před 2 měsíci +2

    Namni hamma qarshii mil.1 yoo argatu cal jedhaa ta'aa nuu n jechaa jirtu bar!
    Ni dhamaatan natti fakkata dhama'aan marti!

  • @TadeseBulto136
    @TadeseBulto136 Před 2 měsíci +1

    Ergaan isin qooddan dhugaa DHA, wanta dalagaa jirtu , kana duuba eenyu abbaan? Deebii barbaada.
    Eeyyama qabaahoo?
    Business akkasii salphaatti , qarshiin argamu akkamiin dhufe?

  • @MelakuAbdi-zz8yy
    @MelakuAbdi-zz8yy Před 2 měsíci +2

    An duras tab hin goone..
    Barataa business ta'uun koo na xaqqameera😂👍

  • @KinleyWangmo-fk4ej
    @KinleyWangmo-fk4ej Před 2 měsíci +1

    Thanks for coming up with good ideas that benefits all people over the world

  • @SamiB-uz9cp
    @SamiB-uz9cp Před 2 měsíci +4

    Safuuudha ibboo waanuma tokko hin beekuuyii kun

    • @YahyaaQwe
      @YahyaaQwe Před měsícem

      Lakkaa warrii comment 😢😂😂😂😂😂😂😂

  • @YishagerNegash
    @YishagerNegash Před 2 měsíci +1

    Waw gift 🎁 Ethiopia 🇪🇹 please

  • @aliyibentu-tg5zl
    @aliyibentu-tg5zl Před 2 měsíci +3

    Hin shakkin

  • @HajiiSharaafNuhii
    @HajiiSharaafNuhii Před měsícem

    OK marahaban

  • @MuluAlameyhu
    @MuluAlameyhu Před 2 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HajiiSharaafNuhii
    @HajiiSharaafNuhii Před měsícem

    Hajii sharafee kuno duraratii ❤

  • @AliyyiiAbdii-x3n
    @AliyyiiAbdii-x3n Před 9 dny

    dhugadhaa

  • @obiosport22
    @obiosport22 Před 2 měsíci +1

    Seera maaltu nungahe ani birri 45,00 argadhee jira notcoin irra nikhijiban

    • @TadeseBulto136
      @TadeseBulto136 Před 2 měsíci

      Akkamitti bro

    • @obiosport22
      @obiosport22 Před 2 měsíci

      @@TadeseBulto136 just tap follow the rule dhugaa hindhabdu

  • @ibsashamilwhatamagicfromme4345

    Wow nice ❤🎉😢

  • @huseinjundi4838
    @huseinjundi4838 Před 2 měsíci +1

    Bareeda jirtan garuu beekkumsa isaa homaa hin qabda hayyoota jettanii warri affeertan dhugaa nama gaddisiisu warra teknoonii irraa fagoo jiruudha baay'ee jala saalfannee wanti hin beekne nama hin beeku jette oromoon 🎉😂

  • @FuadZainu
    @FuadZainu Před 2 měsíci +1

    Haasa dhiisa isin obn

  • @Johnnish3Y
    @Johnnish3Y Před 2 měsíci +1

    Dr maalta'eree aarii qabamoo? Tasa dargaggoon karaa hin beekamne hiyyuummaa fi hacuuccaa sooressoota mayimii jalaa ba'a

  • @MohammedOsmanYuya
    @MohammedOsmanYuya Před 2 měsíci +2

    ❤❤❤❤

  • @Dontgiveup737
    @Dontgiveup737 Před 2 měsíci +1

    Depend on profit per hour

  • @meysamneystani-sj8dh
    @meysamneystani-sj8dh Před 2 měsíci

    👍👍👍

  • @DinayaTemesgen
    @DinayaTemesgen Před 2 měsíci

    Ogeeyyotni isin hasofsiistan concept cryptocurrency homaatuu hin qaban siluma refu dhagahuyyuu natti fakkaata. Wanta base qabu tokkollee hin hasofne

  • @Chelsea-vedio-44
    @Chelsea-vedio-44 Před 2 měsíci

    Hamma isa dhiisaati piroofit per haworii meeqa gessanittu😮

  • @berhanutaye5976
    @berhanutaye5976 Před 2 měsíci

    thank u Marga cimdesa Ulffadhaa Doc.

  • @fileenmedia
    @fileenmedia Před 2 měsíci +2

    Dr Guutuu miira keessaa ba'aa😅

  • @MohammedOsmanYuya
    @MohammedOsmanYuya Před 2 měsíci +1

    Ok yards fayida qabu nuf ladha

  • @AhawOsman-zx6bl
    @AhawOsman-zx6bl Před 2 měsíci +1

    🎉🎉🎉

  • @user-si7pm1hs8i
    @user-si7pm1hs8i Před 2 měsíci +2

    dhimma kana irratti hayyoota Ikkoonomii osoo hin taane hayyoota Teekinoolojiitu barbaadama OBN maal taatanii??????/

  • @AmanBati-j9t
    @AmanBati-j9t Před 2 měsíci

    Hi

  • @SOLANTUBE46
    @SOLANTUBE46 Před 2 měsíci +1

    Amma kaana hin hasofitaangaa 😊 modosha hula teyiki inegeral waye boqoolo seetaan 😅 OBN

  • @AmanBati-j9t
    @AmanBati-j9t Před 2 měsíci

    Garu akkammitti Akka gurguchu danda,uu naaf himma Mee maaloo

  • @user-oz2hd7hh7p
    @user-oz2hd7hh7p Před měsícem

    Humar

  • @anatolidiriba
    @anatolidiriba Před 2 měsíci +1

    Just go

  • @ezedinseid-jr9sc
    @ezedinseid-jr9sc Před 2 měsíci +1

    Jazba kashim

  • @AbbosGoyipov-ni4lg
    @AbbosGoyipov-ni4lg Před 2 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @naasirtube7576
    @naasirtube7576 Před 2 měsíci

    kkkkk eee miskiin wallaah jedhe baba she ibro 😂😂😂😂

  • @IbrahimAbdurahman-ul4wl
    @IbrahimAbdurahman-ul4wl Před měsícem

    Amma maaltu nuuf wayya

  • @CalaaBultume
    @CalaaBultume Před 2 měsíci

    Haddni kessan barredaa ta'ee garuu wanta hin bekkne hassa'uun kessan dogogoraa dha bekkumsa isa hin qabdan tanan chaliisuu wayyaa wa'ee airdrop research godha notcoin dhan qarshiin hojjatamee turee ton 1 dollara 7 dha gaba irra kan jiruu duraa hubbanoo isaa qabadha wanta issintii fakkatee hin hassa'inaa Ethiopia kessaa ict group qarshii 400,000 ol hojjatamee jiraa notcoin darrbe irratii

  • @gareekootube6313
    @gareekootube6313 Před 2 měsíci +1

    qamadii fi boqqoolloo isa biyya beellessitanii alatti ergitan irratti yaada kennaa ani qabatamaan notcoin irraa dollars 600 argadheera hamster kombatis nikanfala

    • @Aaasa971
      @Aaasa971 Před 2 měsíci

      Mee kessani naa dubisi telgiram irratti

  • @ArifYusuf-s9b
    @ArifYusuf-s9b Před 2 měsíci

    Kanaas tap tap godhaa

  • @CarraaTube-yr2ze
    @CarraaTube-yr2ze Před měsícem

    Arga warra tap hojjii bira uma kuni fakedha in argitu dhuma isa🥺

  • @GemedaBeriso-ww1iy
    @GemedaBeriso-ww1iy Před 2 měsíci

    Ati Biiroo teessee dafqiteetii kan mindaa argataattu 😂😂😂
    Wanti yeroo kennaniifii dalagan hundi isaa hojiidha yoo qarshii kan argamsiisuu fi sirnaan ala hin taane...

  • @little_musii
    @little_musii Před 2 měsíci

    Ana kunoo irraa fayyadamee jira 3500 $NOT=50$(5500birr)

  • @AyuubKamal
    @AyuubKamal Před 2 měsíci

    Mali umani ha nura maratu jatani tab tab nu gosistani yabo an hin godhu haman nama konkolata beete argu😂😂😂

  • @lenoxlenin7211
    @lenoxlenin7211 Před 2 měsíci

    Sammuun keessan isa akkasii bira hin geenyee afaankee qabadhuu dura kosii golakee keessaa haxaa'i. Dhala kosii

  • @HajiiSharaafNuhii
    @HajiiSharaafNuhii Před měsícem

    Hamster kombat Aniis Hajii sharafee kan jedhamu tap swap isuma Wal fakata tee tap gone huma dhabane jira kuno Duraratii Hajii sharafee kan jedhamu😢

  • @user-xk3ub6fu4v
    @user-xk3ub6fu4v Před 2 měsíci

    Ulagaalen isaa maal faa ree wan guutu qabnu maaltu jiraa mee nuf hima jarane nuf hin gaale

  • @Orocripto
    @Orocripto Před 2 měsíci

    Taptap gochuu ituma fufaa malaqa yobades isiin hinminene bitadhaa caraa garii

  • @TekluKiflu
    @TekluKiflu Před 2 měsíci

    Everybody tap tap

  • @AbrahamGirma-dh1qf
    @AbrahamGirma-dh1qf Před 2 měsíci

    Maal Abba Kee sii galche nuuf kafale dhise gafaa namni jijiramu wareen hin barbane dhadhabdota sobdota hatiota biya keesa kaan dhageesan yoo ta'e affaan keesan ISSA yero soban dhukubni dhufe jetani maksi male jetan sanan afaan keesaniti cuqaladha kan kana midiyan asoftu hojii dhabde biqe

  • @nigatugetachow9136
    @nigatugetachow9136 Před 2 měsíci

    Amma utuu Telegram kee ilaallee hoo 😂😂😂😂

  • @georgebazzabih9417
    @georgebazzabih9417 Před 2 měsíci

    Ani moo qarshii notcoin irraa argedheen silkii bitadhen ittiin sin ilaalaa jira

  • @Godaanisaaq
    @Godaanisaaq Před 2 měsíci

    Gallin billash hin jirru

  • @negesetube
    @negesetube Před 2 měsíci

    Waa'ee crypto Osoo hin beekin hamster jedhaa isin

  • @user-rn6qj8dd5b
    @user-rn6qj8dd5b Před 2 měsíci

    Caal jedhaa worrii obns tap tap godhaa

  • @TadeseBulto136
    @TadeseBulto136 Před 2 měsíci

    Akkam itti

  • @IbsaLema
    @IbsaLema Před měsícem

    Midhaa male fayidan qabu .tap tap Dhan anisa nurafixan .stop hamsterkombata

  • @rahindimahamad
    @rahindimahamad Před 27 dny

    dubii kunaa waan garii dabarsitiin namoota itti kasara jiraan

  • @user-vf9it9oq8k
    @user-vf9it9oq8k Před 2 měsíci

    Afuuftuu 😂

  • @Jalojuice2024
    @Jalojuice2024 Před 2 měsíci

    Link kanaan tap tap godhaa isinummaanuu

  • @Naol_tube
    @Naol_tube Před 2 měsíci

    😂😂😂😂 isin iyyu hojjechaa jirtuu

  • @Umer10746
    @Umer10746 Před 2 měsíci

    Abet wuqet😅😅

  • @MelkamuKitesaBonsa
    @MelkamuKitesaBonsa Před 2 měsíci

    An homaa waanin hubadhe hin qabu kana durayyuu beekna

  • @HayatIbti
    @HayatIbti Před 2 měsíci

    They also mention forex dedeboch 😂😂 mehaym defar new alu rebi isin ha salfechisu dhuga ijolle kuta 8 hanqatan

  • @arafasultan3110
    @arafasultan3110 Před 2 měsíci

    Ena amma homa hin fayyadu jeechudha

  • @Ogummaatube
    @Ogummaatube Před 2 měsíci

    Ani qarshii 13400 argadhe kana sintu naaf kenneeree? 😅😅😅

  • @abdijemal6476
    @abdijemal6476 Před 2 měsíci

    Bro kana dhiisi start godhi Eegali yeroo ofirraa hin gubin

  • @fuaadoosheikhjamaalofficia2424

    HamSter_kombat fi tapswap irraa gibira kaffalla moo sagxee hullaa😂😂

  • @oromoohits4921
    @oromoohits4921 Před 2 měsíci

    Sodaattaniittuu

  • @NuraaAhmed
    @NuraaAhmed Před měsícem +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤😂

  • @user-hx8zw1cn3x
    @user-hx8zw1cn3x Před 2 měsíci

    Amma haamii dhiisaati linkii kiyyaan galaati taptap godha walfayyadna

  • @johntalila9854
    @johntalila9854 Před 2 měsíci

    Yaada Gaaridha

  • @BireKoo-s7q
    @BireKoo-s7q Před 2 měsíci

    Dr. Links isinif ergaa tap tap godhaa

  • @dagagathecoder
    @dagagathecoder Před 2 měsíci

    Then who's responsible for this?

  • @Sumayaa183
    @Sumayaa183 Před 2 měsíci

    😂😂😂😂😂😂 tatatatapppiii

  • @awwalbiyya6082
    @awwalbiyya6082 Před 14 dny

    na gargaari mee

  • @hundessadekeba7678
    @hundessadekeba7678 Před 2 měsíci

    Ibsi gahaan Ammas osoo itti kennamee...

  • @mametech4003
    @mametech4003 Před 2 měsíci

    not cohin gurgurameraaa dhugaadha isa kan benuu maleee

  • @fuadeliyas9816
    @fuadeliyas9816 Před 2 měsíci

    😂😂hhhh ogeessa ICT hhhhh

  • @lamiyaatube
    @lamiyaatube Před 2 měsíci

    Qoosaa dhisaa tape godha

  • @firaolifantatube5689
    @firaolifantatube5689 Před 2 měsíci

    Malaqa haramati kuni😂😂

  • @HayiluuTolcha
    @HayiluuTolcha Před 2 měsíci

    Akkataa tik tok live galanaa natii himee

  • @MamushGetachew-c5z
    @MamushGetachew-c5z Před 2 měsíci +1

    Dhugaa jetaan.

  • @Damebale765
    @Damebale765 Před 2 měsíci

    Ogeessaa ICT 😅

  • @Birahanee21
    @Birahanee21 Před měsícem

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂