Yeroo Jaalalaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 08. 2024
  • ‘Jaalala kee dhandhamee si obsuun dadhabe’- Barataa Badhaasaa Darajjee
    Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
    Yuutuubii: CZcams.com/OBNoromiya...
    Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
    Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/...
    Tiwiiterii: / obnoromiyaa
    Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic
    Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish
    Teeleegraamii:t.me/OBN_Voice...
    Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
    OBN Sagalee Uummataa.

Komentáře • 220

  • @hawi9609
    @hawi9609 Před 10 měsíci +7

    Nama dhukkuba wly ani fula issa ilaale imimani qabaachu dadhaabe😭 gammachu tokkole akka hin qabne keesssi issa deeply akka miidhame jiru fula issa irra dubbissuni baa’ye salpha dha rabbin sii gammachisse nuu haa dhageesisu insha allha😢 dhirra qawwen hin jilgifachifne jaalala jilgifachisa jeedhama miiti ree!

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 Před 10 měsíci +18

    Uffffffff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢biyyaa lafaa kannaraa nama jalatin dhabtuu ulfata yaa oromoo koo 🥰🥰😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤yaa obbolsa koo waaqayoo obsa siif yaa kennnuu ❤❤❤❤

  • @askelamerga-tm9mm
    @askelamerga-tm9mm Před 10 měsíci +1

    Uuuf dhugaa namaa dhugaan jalaatan dhabuun baay'ee ulfataa 😢bakka ishiin jirtuutti waqayoo nagaa ishii haa godhuu rabbiin nagaan waliitti isiin haa debisuu🤲🤲🤲

  • @birhaneelove2299
    @birhaneelove2299 Před 10 měsíci +5

    Me monet debisaa ishii irraa bareeda gafin jalalla tun gafii jalalla ilee jalqaba irraa ilee yeroo nagaa gafatu akka nama hasaa hin beene dubati obn maliif gazexesituu hasaa beektu kan nama simatu kan kokofaltu hin fine mal nama arsitu monet qofa irraa bareeda hasan ilee gafin ilee dubiin ilee kolfi ilee monet nuf debisaa maf namuma argitan qaxartu😭😭😭

  • @sinbonee5701
    @sinbonee5701 Před 10 měsíci +4

    Jabaadhu dhugaa anillee akkasi sababan namaa hin Jabaadhu kun jalallaa dhugaati 100%❤❤

  • @biiftuujaalalaa613
    @biiftuujaalalaa613 Před 10 měsíci +4

    Uuuuuuuffffff dhugaa Akka hiriyaa kooti ati sababaan nan jallatuu inni jaalala dhugaa💞💞💞🥰🥰🥰

  • @gizuutube413
    @gizuutube413 Před 10 měsíci +3

    Dhirii akkasitti namaf obsu jiraa jedhee hin yaduu Waaqayyoo walif isiin ummee tatan guyyaa tooko wal argtu jabadhuu bro❤

  • @user-qt2oo4ic6v
    @user-qt2oo4ic6v Před 10 měsíci +2

    Jalala dhugaa jalate Ture ❤😂
    Badhoo waa'ee jalalee yeroo
    Yaadduu baayyee naa boosisa

  • @user-yl2vh1kx4t
    @user-yl2vh1kx4t Před 10 měsíci +2

    Wayyoo rabbii waliti sii haa deebisuu dhugaa 🤲😢

  • @jamelaj1120
    @jamelaj1120 Před 5 měsíci

    Rabbii Naga si haa ibsuu solanee tee obboolleessa koo ashirii kaa ❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @user-rd9iq6rv9p
    @user-rd9iq6rv9p Před 10 měsíci

    Waaqayyoo waliif isinii haa qoodu obboleessakoo .
    Ishiin maali kolfitee iccii😢😢😢

  • @bancheeadanaa1597
    @bancheeadanaa1597 Před 8 měsíci

    Raabbi waliti sini hafiduu maaloo jalaali bayyee uftaa dhugaa raabbi 😭😭😭😭😭😭

  • @birhaneelove2299
    @birhaneelove2299 Před 10 měsíci

    Bayee nama marara rabiin wiin sin ha qoodu rabiin jalalla Keessan haga bara jireenya keessan sin wajiin ha tahu

  • @salihahamza9761
    @salihahamza9761 Před 10 měsíci +1

    Rabbin wolitti isin hafidu😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤

  • @hdks432
    @hdks432 Před 10 měsíci

    Rabii sihaa mulisuu ishaa Allaaha nagaya jiratuu ishee 😢

  • @jamalkwt6119
    @jamalkwt6119 Před 10 měsíci +1

    Rabbii sii haa argamsisuu Abshiir 🥰🥰🥰🥰🥰

  • @asnaquuyoutubechannal24
    @asnaquuyoutubechannal24 Před 10 měsíci +3

    Yeroo jaalala irraati monet osoo jirate garidhaa😋😊

    • @asmeraasmera238
      @asmeraasmera238 Před 10 měsíci +1

      Maloo Eessa dhaqxee moonet😢😢Kan bo,e faana bo,u ishee Kan Gammadee faana gammaduu Ishee Uuuuffffy 🥰

    • @birhaneelove2299
      @birhaneelove2299 Před 10 měsíci

      Dhugaa jeete yeroo jalalla keessati hasan ilee ishiraa bareeda tun akka nama mana bunaa jiruuti dubati

  • @ajemashugute3299
    @ajemashugute3299 Před 10 měsíci +1

    Soolanee gurbaa si jaalatee maraachaa jiru kanan ASIN JIRA jedhiin.

  • @hdks432
    @hdks432 Před 10 měsíci +1

    Ayii jalala dhugaa bayee nama midhaa Abshir 😢

  • @simbodame9585
    @simbodame9585 Před 10 měsíci

    Wayyyooo garaa naate bro waaqayyoo walliti isanii haa deebisuu 😢😭😭😭😭

  • @fayisedadi7322
    @fayisedadi7322 Před 10 měsíci

    Waqayyoo nagani waliti isin haa debisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢

  • @Ciroomidiyaa
    @Ciroomidiyaa Před 6 měsíci

    Bayee nama gadisisaa❤❤❤❤

  • @aantuukamal4181
    @aantuukamal4181 Před 10 měsíci

    Tiyya gafi gaafatu itti yaddi gafaadhu
    Kiyya atti immo rabbiin waliin sii. Haa gahu soolanne

  • @Hanna-k2n
    @Hanna-k2n Před měsícem

    Wayooo.waqyoo.sif.yaa.galchuu.maloo🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @user-bu6jv5xy5p
    @user-bu6jv5xy5p Před 9 měsíci

    Rabbii siif mullissuu jarti kee kanaa

  • @milion-tj8rf
    @milion-tj8rf Před 8 měsíci

    Baay'ee garaa na nyaattee bro rabbii sii jiraa jabadhuu❤❤❤❤❤

  • @dareragirma-cx5gn
    @dareragirma-cx5gn Před 10 měsíci

    Maal mooneet jettuu namni baayyee bahuu danda'aa isheenu egaa dhistee hin iyyina waa'ee ishee asirraatti

  • @keennaatube8046
    @keennaatube8046 Před 10 měsíci +1

    Soba waan Ta'ef Furmaata hin qabu ykn maqaa ishii Imii 🙆🙆😳😳🥱🥱😏😏🙅🙅

    • @fanushalomicom1137
      @fanushalomicom1137 Před 10 měsíci +1

      Akkaa sobaa tahe malti bekta dirqama imamian buse bohu qaba moo?????????yaa nama keenyaa uffffffff maalti bekta??????????

  • @emanjimma730
    @emanjimma730 Před 10 měsíci +1

    Rabbii wolittii isin hadeebbiisu😢😢😢

    • @obsehamsalu9899
      @obsehamsalu9899 Před 10 měsíci

      😢😢 waaqayyoo qara lala sin habisin waliti isin ha debisu ❤❤❤😢😢

  • @jf4571
    @jf4571 Před 10 měsíci

    Rabbi walitti isin haa deebisu

  • @wesener7170
    @wesener7170 Před 6 měsíci

    Waqaayoo sih gargaruu jalalttii Jamaa nama gotii obsii 😢😢😢😢😢

  • @hirqheetasafayeetasafayee4181
    @hirqheetasafayeetasafayee4181 Před 10 měsíci

    Uuu garaa namaa nyataa 😢😢garamii koo

  • @user-ft6yb7bv9f
    @user-ft6yb7bv9f Před 10 měsíci

    Jabaadhu dubarttootni nama yaaduuf hin kabajaniiti

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před 10 měsíci +1

    Ara kun sirri miti intalli osoo fedhii kee qabaatte akkuma taates taatu siif bilbiltiyu yoona ishiin bulti ijaarrate habibi ati ykn rabbiin walif isin hin hirre daanga waaqa hin cabsin maqaa ishii moo himi nun dhibini sooshal midiyaa hin fayyadamtu jette maqaa ishiitu of beeka silaayi ummatafi moo maqaa maati himuun dirqama kee ture of ilaali maraatummatti jirta obbolessa kiyya

  • @Sinaantub
    @Sinaantub Před 10 měsíci +4

    Ijoolle maf soba jetuu qoyii siin gaara Nama kessa jirtu anu j koo maaqa isaan wamee inis na waame hin bekuu kanumaaf soba jetuu moo yaa solee koo kotuu dhageefadhu furmaata fidii

  • @shaashituuchawaqaa9006
    @shaashituuchawaqaa9006 Před 10 měsíci

    Waqayyoo sif haa deebisuu uuuuufffffffff

  • @ObseeGetachew7449
    @ObseeGetachew7449 Před 10 měsíci

    Uuuufffff Bro Waaqayyoo walitti isiin haa fiduu obsii 🥹🥹😢😢😢😭😭😭

  • @bisra7025
    @bisra7025 Před 10 měsíci

    Rabbii Walitti isiin haa debbisuu

  • @barakabaraka6553
    @barakabaraka6553 Před 10 měsíci

    Wayyoo rabbit waiting sii.haa deebisuu.dhugaa😢🤲😢😢

  • @namakulaqurusum9881
    @namakulaqurusum9881 Před 10 měsíci

    Yaaaa rabii yaa Allah atti ija nagan wal isiin yaa agarsisuu uuuuuffffff baayee ufutaa anni garu jaladhe hin bekuu garuu baayee gara naa nyatee abbo rabii siif yaa mulisuu sanyii koo 🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @hangeeshamshadin2224
    @hangeeshamshadin2224 Před 9 měsíci

    Rabbii taan ishee caaltuu bakka siif haa busuu bro

  • @user-hl7uf7jp3o
    @user-hl7uf7jp3o Před 9 měsíci

    Maqaa ishii imadhuu mee sifii barabaranaa

  • @ashakabadda2022
    @ashakabadda2022 Před 10 měsíci

    Goftaa macaa Wolitti isin haa Debizuu dhugaa uuuufffffff😢😢😢😢

  • @QonjitiAlamuu-es3ww
    @QonjitiAlamuu-es3ww Před 10 měsíci

    Ufiii yaa rabbii walittii debisii 💔💔💔

  • @user-eo5yc8rx9c
    @user-eo5yc8rx9c Před 8 měsíci

    Dhugaa keetti

  • @almejesus900
    @almejesus900 Před 10 měsíci

    Maaloo waaqayyoo walitti isin yaa fiduu 😢😢😢😢

  • @AbduIbrahimRobaaChannel
    @AbduIbrahimRobaaChannel Před 10 měsíci

    Dhugaa kuni asosaama malee dhugaa miti

  • @sabirina578
    @sabirina578 Před 10 měsíci

    Sirridha.jalaalli.dhugaa.nama.midha.uuffff😢Anis.akkasuma.midhaamen.jira

  • @ObseeGetachew7449
    @ObseeGetachew7449 Před 10 měsíci

    😭😭😭😭😭😭Walaloo isheef baasee 😢😢😢😢

  • @abebechalamuu6448
    @abebechalamuu6448 Před 10 měsíci

    Waqayyoo wal sin hagarsisu🙏🙌🙌🙌

  • @baurtukaansagalee7116
    @baurtukaansagalee7116 Před 10 měsíci

    Uuuiufff guyyaa tokkoo Waqayyoo walii isin yaa argasisuu

  • @ganidiriba7835
    @ganidiriba7835 Před 10 měsíci

    Rabbi siifa debisuukaa himmm

  • @hadhaagidii6429
    @hadhaagidii6429 Před 6 měsíci

    😊dhufa jira

  • @raihanaliwa2749
    @raihanaliwa2749 Před 10 měsíci

    Waaqni wal isin haa agarsiisu

  • @meskeremregasa7434
    @meskeremregasa7434 Před 10 měsíci

    Waaqayyoo si haa gargaaru 😢

  • @keennaatube8046
    @keennaatube8046 Před 10 měsíci +2

    Maaqaa Imadhuu yoos Furmaata Argataa 😢😳😳

  • @jealanahoman7934
    @jealanahoman7934 Před 10 měsíci +1

    Mucaan gubate dubbacha jira si immoo maaltu si kofalchiisaa

  • @naoojimmitiijimmaa5909
    @naoojimmitiijimmaa5909 Před 10 měsíci

    😢😢uuuffff rabbiin wol isiin haa agaarsisu🥹💔

  • @user-iw9vz5fc1y
    @user-iw9vz5fc1y Před 10 měsíci

    Waqayoo wali sini argasi 😢😢😢😢😢😢😢

  • @MakiyaOromo-tf9cf
    @MakiyaOromo-tf9cf Před 10 měsíci

    Maloo sonaree jiraa jedhii 🥹🥹🥹🥹rabii sifi haa mudhisuu

  • @ameralmukhaini9104
    @ameralmukhaini9104 Před 10 měsíci

    Waaqayyoo ija nagaan walisii.haa.agarsisuu😢

  • @dastaatube8371
    @dastaatube8371 Před 10 měsíci

    Dhugaa tanaan bayyeee ulfaata😢

  • @sifaanifeyisa4365
    @sifaanifeyisa4365 Před 10 měsíci

    Uuuuffff ni ulftaa waqni wal isin ha argisisu

  • @Seenuu501
    @Seenuu501 Před 10 měsíci

    Waaqayyoo siif haa arguu hadhoo koo❤❤❤

  • @kedanayemariyam1323
    @kedanayemariyam1323 Před 10 měsíci

    Baayyee nama gaddisiisa dhugaa waaqayyoo walitti fiduu

  • @lataagalataa12
    @lataagalataa12 Před 10 měsíci +1

    𝚃𝚑𝚊𝚗𝚔𝚜.

  • @hedayahedaya4156
    @hedayahedaya4156 Před 10 měsíci +1

    Barbadaa fii adaraa😢

  • @asnaquuyoutubechannal24
    @asnaquuyoutubechannal24 Před 10 měsíci +1

    😆😆😁😁
    Osoo dhugaa jalatee sirrii bohaa turee😆

    • @MaGaRsA3041
      @MaGaRsA3041 Před 10 měsíci

      😂😂😂😂 ammas maqa dhokse akkamin akka arkatu na galle

    • @user-rd9iq6rv9p
      @user-rd9iq6rv9p Před 10 měsíci

      Dirqaama nu fuulduraatti boohuu qaba😢😢😢

  • @user-mm9bn9gi1q
    @user-mm9bn9gi1q Před 10 měsíci

    Rabbiin sif haa galchuu😢

  • @user-rl3vi1de8n
    @user-rl3vi1de8n Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤❤

  • @sadatube9222
    @sadatube9222 Před 10 měsíci +1

    Osoo dhugaa ta,ee hin boyaa siritii kunii sobaa wolaa bekkaa garuu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @user-iy3oi8he9e
    @user-iy3oi8he9e Před 9 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @masaramasara1595
    @masaramasara1595 Před 10 měsíci

    Rabii walit sin Yaa debisuu

  • @dinglameljeamalje6144
    @dinglameljeamalje6144 Před 10 měsíci

    Fetari yegangnachu

  • @ayantugetachew8431
    @ayantugetachew8431 Před 10 měsíci

    Jabbaadhuu mudaanoo heduutu jira akkaa ati argaatu garuu abdiin qabaa😅

  • @Deebiikoolove123
    @Deebiikoolove123 Před 10 měsíci

    Ayyii baay’ee ulfaataa kaa,😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @mebratdxb2881
    @mebratdxb2881 Před 10 měsíci +2

    Hojii kee nyadhuu wan ittin bekamti argatudha kuni kkkkkk

  • @kooketi7326
    @kooketi7326 Před 10 měsíci

    Abshiir sanyikoo😢😢😢😢

  • @mssrukaiya
    @mssrukaiya Před 10 měsíci +3

    Intallo gaafate hin bektu😂😂😂😂

  • @sabirina578
    @sabirina578 Před 10 měsíci

    Uuuufffee.rabbi.walitti.isiin.haa.deebisu😢

  • @shggdyrfy2068
    @shggdyrfy2068 Před 10 měsíci

    Abshirii qalii

  • @j4galaxy582
    @j4galaxy582 Před 10 měsíci

    uuuff😢😢😢

  • @AlexAlex-rd3vv
    @AlexAlex-rd3vv Před 9 měsíci

    Waanti solaanii Irraa naa mararuu tokko hin jiruu jedhee 🤣 waqqayyoo waliti sinii haa deebisuu! 😢😭
    Ayii jaalalaa kana 😭😭😭

  • @Work-yn3vv
    @Work-yn3vv Před 9 měsíci

    Uuuuffff 😢😢😢

  • @eteneshimu3007
    @eteneshimu3007 Před 10 měsíci

    Uuufff yaa rabbi 😢😢

  • @user-hk1ly7bc2gAlfiyaa
    @user-hk1ly7bc2gAlfiyaa Před 10 měsíci

    Intaloo intarvi tuni hin tanee

  • @halfiyyaa
    @halfiyyaa Před 10 měsíci

    Yaa jalaa 😢😢😢

  • @user-jd9mu4ed3o
    @user-jd9mu4ed3o Před 10 měsíci

    😢😢😢😢😢😢😢 yaajalala uuuuffff😪😪😪

  • @beshenenuabu
    @beshenenuabu Před 10 měsíci

    Bayyee gara na nyate

  • @bayseragasa5507
    @bayseragasa5507 Před 10 měsíci

    yess😢😢😢😢

  • @sabontuoromoo8566
    @sabontuoromoo8566 Před 10 měsíci

    Dhuga keeti

  • @YousefAugust2017
    @YousefAugust2017 Před 10 měsíci +1

    Wow

  • @ganidiriba7835
    @ganidiriba7835 Před 10 měsíci

    Soolanee adarakee bilbilifika fiqirino balaa buuse😁😁😁😁

  • @user-kz1su5uv8z
    @user-kz1su5uv8z Před 22 dny

    😢😢😢

  • @HhHhh-jg3xt
    @HhHhh-jg3xt Před 10 měsíci

    Abshir ani sijiraa❤💔🙏🤦

  • @user-mm9rt2ke5t
    @user-mm9rt2ke5t Před 10 měsíci +1

    Kuni soba😢😢😢

  • @najatmohammad6922
    @najatmohammad6922 Před 10 měsíci

    Monetin nu debisa qopi jalalati pls

  • @user-ss6hh4us2x
    @user-ss6hh4us2x Před 2 měsíci

    Atii maal kafaalta atii ofii

  • @j4galaxy582
    @j4galaxy582 Před 10 měsíci

    😢😢

  • @hkkioi1511
    @hkkioi1511 Před 10 měsíci

    Uuuuuuuuuuuffffff 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤