KABBADAA #2 HIN SOBU!!!

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • Kolfaafi Buhartiif Koomeedii Haraa Afaan Oromoo Kaabbadaa lakk 2 Kunoo Jabaa Isiin Jenneerra !!! New Afan Oromo Comedy Kabada part 2!!! Bohaartii Gaarii Isiniif Hawwina!!!

Komentáře • 343

  • @fadiistube473
    @fadiistube473 Před 4 lety +7

    Wow bayee namaa tolaa na namuu duraa lalee like godhaa warii kabadaa jalatanaa😅🤣🤣ķkkk

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii5306 Před 3 lety +3

    Kabee keenyaa ittii fufiii demmasaa kee dhugaa dubaachuufii ani refuun argaa guyyaa har'aa iniiyuu sabaaba FIBn sidhiiyyeeaniifii siin argee achii bodaa chanliikeen barbdee argaadhe uffffffff ilalaame ageefataame hin qufaamu nufaa jiradhu sanyii leencaa jabaadhu otoo afaan keenyaa gudiifanee malifii demanee Kan ormaa guddiifan hicii hin ganuu gadaa hin dhandhuu gandaa jabaadhu kabee hedduun sinii bonee💗❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💪

  • @riyanaamadyearsiliij
    @riyanaamadyearsiliij Před 3 lety +2

    Wow kanee Baye si yadee si yadee uuuff so jaladhee akamitii so arga yaa kabitoo kkkk sagale qulqulesaa Kota kk

  • @issajundi
    @issajundi Před 3 lety +1

    kabbee bayyee bareeda dhugaa kana caalaa akka nu boonsitan jabaadha
    garuu vedio gadi dhiifama tartiiba isaa maqaa fila lakk isaa addaa siritti baasaa akka haala salphaadhan argannuu fi buusuufis yoos mijataa

  • @abbasashou8177
    @abbasashou8177 Před 3 lety +1

    Wow Kabbee keenya Baay'ee Baay'ee Namatti tola itti nuuf fufi..........ati Nuuf adda dhugaa Wqni Oromoo Umrii dheeraa siif keennee nuuf si haa Jiraachisu!🙏💚❤💚🥰

  • @bekelebedada779
    @bekelebedada779 Před 4 lety +3

    kabbitoo ijoolee kuyuu jabadhaa aadaa keesaan jabesuu irraatti waan gari dalagaa jirtuu jabadhaa

  • @rawadarawada7786
    @rawadarawada7786 Před 3 lety

    Dhufee kabee youtbi kee barbachaan turee garuu kana naan jedhaan si jalladhaa kabito.kabada.kabee.♥️🤣🤣🤣

  • @xggdgagx8875
    @xggdgagx8875 Před 4 lety +4

    Wow baay'ee namattii tolaa barumsaa guddaas of kessaa qaba nama boharsaas galatomaa qomoowaan koo👏👍👍👍

  • @oromiatimes5050
    @oromiatimes5050 Před 4 lety +11

    Sagalee qulqullina hn qabu sirreessaa ..
    Jabaadhaa

  • @Comedy3183
    @Comedy3183 Před 3 lety +1

    Wooooooow baredadha hojjattan

  • @lalisawakjira9520
    @lalisawakjira9520 Před 4 lety +6

    Hojii bareedaadha, Yeroo itti aanuttimmoo qulqullina sagalee kanarra fooyya'aa ta'een akka deebitan abdiin qaba! Jabaadhaa!

  • @amanuyeliyesusabatee5698
    @amanuyeliyesusabatee5698 Před 2 lety +1

    Dhugakee jetee bayee galatom nujiradhuuu barumusaa qabaa jechuke kabito kenyaaa❤💚💪

  • @uaeu3800
    @uaeu3800 Před 3 lety +1

    jabaadhu kabada ko sanyii ko

  • @arabarab9243
    @arabarab9243 Před 3 lety +2

    Wwwwww bayy'ee namatii tolaa jajabadhaa oromoo koo halummaa kanan itti fufaa 👍 👍 👍

  • @mrosman4629
    @mrosman4629 Před 3 lety +1

    🤣🤣🤣🤣🤣Baye namati TOLA jabadha ya kabitoo

  • @faatiijemal1060
    @faatiijemal1060 Před 3 lety

    Kabadaa ammailee hojii biroo sirraa egaa jirraa

  • @dejeneeshetu9417
    @dejeneeshetu9417 Před 4 lety +1

    Bayye baredaa akkanumati itti fufii jabadhu jajabee koo

  • @hrhrurhrjdjd1501
    @hrhrurhrjdjd1501 Před 3 lety +1

    Hooji kee nyaadhuu kaabdaa😁😁😁😁😁😁

  • @habtamutesfayeduressa8233

    Obbolessakoo, baay'een sitti gammade, aartiin dhugaarratti hundaa'ee bal'inaa fi rakkina kan dhiyeessu yoo ta'e akkas bareeda. Jabaadhu, matadureewwan asiin jirani bal'aadha.

  • @bosonacilaalo4252
    @bosonacilaalo4252 Před 3 lety +3

    Kabbitoo!!!! Bayyema oggumma siif kenne waaqayyo❤

  • @gullalleetube8754
    @gullalleetube8754 Před 4 lety +2

    Kaabadaa baayyee gaaltomii jiirdhuu saanyii kooooo

  • @amanturii1175
    @amanturii1175 Před 4 lety +1

    Jabbadhaa arti oromo nuf jabesaa
    Kabee ulee sanani waxxaali

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii5306 Před 3 lety +1

    Uffffffeeeee kabee keenyaa rabii sahaa ebiisuu nafaa jabaadhu hedduu nubahaasiite 😂😂😂😂

  • @alemayehumegersa8548
    @alemayehumegersa8548 Před 3 lety +4

    kabbitto loved it!!! heddu miidhaga

  • @etenshdabawajira5427
    @etenshdabawajira5427 Před 3 lety +1

    Waayyoo kabee koo jabadhuu

  • @milkiimekuria5554
    @milkiimekuria5554 Před 3 lety +1

    Kabbee umurii dheeradhu! Ati nama cimaadha. Waan guddaas sirraa eegna.

  • @keyronstudio8680
    @keyronstudio8680 Před 4 lety +1

    kabbadaa kabbee jabaadhaa itti fufaa

  • @martaguta6531
    @martaguta6531 Před 3 lety +1

    Kkkkk baayyee namatii Tola dhugaa

  • @derejedeksisa4019
    @derejedeksisa4019 Před 4 lety +2

    Kabbee kabbadaa jaalee sirraa jaalanneera jabeessi

  • @jaarramedia6604
    @jaarramedia6604 Před 4 lety +2

    Qulqullina sagalee xiqqo sirreeyfadha garuu waan hedduu gaariiti jabaadha lammii too

  • @fatenchoker5483
    @fatenchoker5483 Před 4 lety +1

    Kkkkkkkkk wayyoo malo nama gammachisaa gadda tokko sammu naa furee🤣🤣🤣🤣🤣💖💖💖💖

  • @haleehalee6483
    @haleehalee6483 Před 3 lety +1

    yayyuu nama boharsitu
    ani kabadaa heddu nat tola jajabesu fedhaa Kara kaminuu
    YAA HOJII KEE KABE

  • @paulosbekana5521
    @paulosbekana5521 Před 4 lety +8

    Kaabee barede dha ...ergaa wan qabudha ..yoo dandeessan qulqulina sagalee eega gaara jalqaba xiqqoo rakkoo qaba...ani kaara kiyya yeeroo hunda share gochan jira ..jabadhuu gara fuldurrati hordoftootta baayee akka argaatu shaakki hin qabuu.

    • @howspecialweare
      @howspecialweare  Před 4 lety +2

      Hayyee qulqullina dhabuu sagaleetiif dhiifama guddaa nisirreessina. Atis nuuf jiraadhu, nuuf ulfaadhu.

  • @Gk-tq9jg
    @Gk-tq9jg Před 3 lety +1

    Woliti naqe hayi kabiti 😥😥😂😂🤣🤣🤣🐅💪

  • @maruuking8648
    @maruuking8648 Před 3 lety +1

    Jàabadhàa ormoo koo wawawwaa ormoo good jabadhaa 👌👌👍👍👍👍👏👏

  • @tamishaboy8
    @tamishaboy8 Před 4 lety +8

    Paartii 3ffaaa arguuf ariifadheera kabbee please itti fufi

  • @kebbel3100
    @kebbel3100 Před 4 lety +1

    😂😂😂😂😂😂😂😂kabaddaa kolfaan nu fixee maloo jabbadhaa itti nuf fufaa addaraa

  • @alamiyoussef2294
    @alamiyoussef2294 Před 3 lety +1

    Mashala.Alah.baye.namti.tola.jabadha.iti.fufaa.kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk.wayoo.gara.koo.dune.kkkkkkkkkkkkkkkk.iti.fufaa.kkkkkkkkkkk❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @waqayyooabadiikooajman7473

    Nuufii jiradhuu sanyii saba

  • @oromuzika6036
    @oromuzika6036 Před 4 lety +1

    kabbadaa is the new Oromo comedy king Nama kofalchiisa part 3ffaa nuuf dabalimee hahah qamadii koo shunkurtii koo ani due kolfaan

  • @fatenchoker5483
    @fatenchoker5483 Před 4 lety +2

    Wayyi kabbe 🤣🤣🤣🤣dhugaa jabbadhu kabbe

  • @caaltuuduulaatube3179
    @caaltuuduulaatube3179 Před 4 lety +1

    Woooow....... hedduu namaatti tolaa jabbaadha itti fufaa😍😍👌👍

  • @Gamachuful
    @Gamachuful Před 3 lety +1

    kabbee rigan ilkaan keetii nii bareedaa

  • @sifanrgasa6161
    @sifanrgasa6161 Před 4 lety +8

    ለመጀመሪያ ነው ማየት ተመችቶኛል በረቱ በሳቅ ሞቱኩ 😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @kasahunabera1294
    @kasahunabera1294 Před 3 lety +1

    Kabbitoo ... jechan dhabe dhugaa ! Baay'ee nama boharsa, nama barsiisa, aartiin akkanatti quuqqaa lammii yoo ibsu

  • @rabbiirraakumaa7847
    @rabbiirraakumaa7847 Před 3 lety +1

    JAJABADHUU KORMA KOO ERGAA GUDDAA QABA KIBIITOO KOOO

  • @ebisatube430
    @ebisatube430 Před 4 lety +1

    Qulqullinni sagalee gaarii miti. Akka isa duraa sanatti hojjatamuu qaba ture. Maalumaaf Kabbadaan baay'ee namatti tola!

  • @FikaduTube
    @FikaduTube Před 4 lety +2

    Hayi Kabbee gabaa namaa gidduu lixxee daaqiiqaa muraasaf akka of irraaaffattu taate.kkk

  • @tgabebe4094
    @tgabebe4094 Před 4 lety +2

    Kkkkk baay'ee namatti tola jabadha sagalee qulqulleessa.

  • @samiahussein3458
    @samiahussein3458 Před 3 lety +9

    I don't know the language but I love you guys

  • @hamzaaadeeroo7816
    @hamzaaadeeroo7816 Před 3 lety +1

    Bayyee bayyen isiin jalaadha

  • @tigstiibogalaa8491
    @tigstiibogalaa8491 Před 3 lety +1

    Kkkkkk jabadhuu kabee

  • @oromiyaasalaaleebiyyiikoo9887

    Kabbe kabbitoo ❤❤

  • @milkealema3352
    @milkealema3352 Před 3 lety +1

    Baayyee namatti tola hedduusaa Jaallee jabaadhu

  • @godisgoodwaaqayyogaariidha3618

    Kabbee kabbitti kkkkkkkkkkkkkkkkkkk jabaadha bayyee namatti tola

  • @makdesbagdes4995
    @makdesbagdes4995 Před 4 lety +2

    Dhugaa sagaleen kabada baye baredaa muziqa yeroo siribuu

  • @tesfayefeyisa-vr2qm
    @tesfayefeyisa-vr2qm Před rokem +1

    Diramaa bareedaa

  • @sennasefu942
    @sennasefu942 Před 3 lety +1

    Kan akka kabbe yeroo kumaa yaa dhalatuu

  • @fitaaleebaayisaa2854
    @fitaaleebaayisaa2854 Před 3 lety +1

    Kkkkkkkkk fata nama gootaa kabee

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260

    Kabbaada kabbiti haadha too kkkkkkkkkkkkkkk

  • @Qubeestudio
    @Qubeestudio Před 4 lety +3

    Kabbee, natti toltee jirta. hahahah, sijaaladheen jira.

  • @abiwelde8730
    @abiwelde8730 Před 4 lety +1

    Bayy'ee barreddaaaaa jabadhaaaa kabitooooo

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii5306 Před 3 lety +2

    Kkkkkkk am yaa kabee kabada 😂😂😂😂😂😂❤️💗💗💗

  • @jzeewaqjj2501
    @jzeewaqjj2501 Před 3 lety +1

    Bayyee namati tole kabee

  • @demaarsiiasalaaabourjeily5432

    Uuuuuuu wayo gara ko kabbe i love you so much

  • @gehu8507
    @gehu8507 Před 4 lety +1

    Jabadhaa bayyee namatti tola diraman kessan isin cinaa jirra itti fufaa cimsaatin kabbee naga itti naf himaa

  • @mta3548
    @mta3548 Před 4 lety +1

    😂😂😂😂woyii hojii kee kabbe atumnti yomma argaata lataa

  • @freecell4332
    @freecell4332 Před 3 lety +1

    Jabadhu

  • @ebootube6543
    @ebootube6543 Před 4 lety +2

    Baayee namati tola jabadha

  • @seenaakabadaa6225
    @seenaakabadaa6225 Před 3 lety +1

    Kabbitooo bayee namti tola hojin kee nu jiradhuu

  • @tolassawakayo1399
    @tolassawakayo1399 Před 4 lety +4

    Kabbeen waan ishee hin ilaallanne keessa lixxee teestaa dhugde!😂😂

    • @sennasefu942
      @sennasefu942 Před 3 lety

      Inii zabanyaadha mo akkami afii kkkkk 😂😍

  • @naghamaboueid2256
    @naghamaboueid2256 Před 4 lety +2

    Kabadaa laleetii boyee sirbii sa na bachisee hiyumaa ko nati kasee

  • @kidisthabeshawit9333
    @kidisthabeshawit9333 Před 4 lety +1

    Nibareedduu Qashitochii ijara hafii 💋💋💋

  • @sukarejalatujawarifihacalu2671

    Kkkk dhugaa baronataa qabaa jajabadha namaa tolaa😀😀😀😀

  • @laliistuulalistuu880
    @laliistuulalistuu880 Před 4 lety +1

    ķkķķķķķķķķkkkkkkkkkkkkk
    kkkkkkkkkkkkkkkkkkk
    kabadaa kolfaanii nuu fixee 😂😂😂😅❤👈😍

  • @nigistibirhanu1390
    @nigistibirhanu1390 Před 3 lety +1

    Meee likee naaf godhaa oromoo koo namni aakaa koo kolftee

  • @gemechisdame3661
    @gemechisdame3661 Před 3 lety +2

    hantuuta bishaan lixxe.hhhhhh

  • @ሰላምነውምኞቴ

    🤣🤣🤣🤣 kolfan dhumne kabada

  • @shawayyeeambooCor
    @shawayyeeambooCor Před 4 lety +1

    Baay'ee namaati toltuu jabadha.dhugaa dubatee kabbee,

  • @birqemulata525
    @birqemulata525 Před 3 lety +1

    Wowowo kaabbee

  • @bekeleasefa4662
    @bekeleasefa4662 Před 3 lety +1

    Kabadaan dhugumaa hidhamee moo wan akasitu hasa'amaa jiraa
    Moo maa badee

    • @howspecialweare
      @howspecialweare  Před 3 lety +1

      Lakkii hin hidhamne. Iyyaafannoo kessaniif guddaa galatoomaa!!! 🙏🙏🙏🙏

  • @workafhuralebu4892
    @workafhuralebu4892 Před 4 lety +2

    Keep up the good I like it

  • @yesalalewatube4540
    @yesalalewatube4540 Před 3 lety +1

    kkkkkkk Wayyoo Garaa Koo😂😂😂😂😂

  • @Gk-tq9jg
    @Gk-tq9jg Před 3 lety +1

    Hayi kabe 😂😂😂😂🤭🤭 Namicha irakifise

  • @sanyiifufaa5647
    @sanyiifufaa5647 Před 4 lety +1

    Sagaalee malee bayyee natii toltaa kabbee kabittii jaabaadhuuu!!!!! Intaalitiin sirraatti quftii eggaadhuu malee!

  • @abdiikoogooftadhaa9088
    @abdiikoogooftadhaa9088 Před 4 lety +1

    Wayyoo garaa koo kabadaa

  • @Comedy3183
    @Comedy3183 Před 3 lety

    Maati ta.ii atis

  • @mohamadhajsleiman4218
    @mohamadhajsleiman4218 Před 3 lety +1

    Www hedu namati toltu akanumati itti fufaa👍

  • @gumabastube9622
    @gumabastube9622 Před 3 lety +1

    Maatii naaf tahi aniis sifiin taha

  • @keyronstudio8680
    @keyronstudio8680 Před 3 lety +1

    nuti maatii isinii taaneerra Koottaa nuufis maatii ta'aa

  • @qashitaseamaa8878
    @qashitaseamaa8878 Před 4 lety +2

    Kabee bayyee namati toltuu❤❤❤❤❤❤

    • @irbuutube2694
      @irbuutube2694 Před 4 lety

      Diraamaa ergaa guddaa qabudha Daawwadhaa:)
      czcams.com/video/2tkavReMeZo/video.html

  • @shawayeararsa9443
    @shawayeararsa9443 Před 4 lety +1

    Kkkkk maalif safarta isaanu safaranit ijaarratani waaaw kabbee 😄😄😄

    • @irbuutube2694
      @irbuutube2694 Před 4 lety

      Diraamaa ergaa guddaa qabudha Daawwadhaa:)
      czcams.com/video/2tkavReMeZo/video.html

  • @iftuunuraatube697
    @iftuunuraatube697 Před 4 lety +1

    Hedduu namaati tolaa jabbadha dhugaa

  • @Gk-tq9jg
    @Gk-tq9jg Před 3 lety +1

    Kabe kkkkkk👍👍👍👍👍👍👍🐅🐅🐅💪

  • @user-nt1uo2un2n
    @user-nt1uo2un2n Před 3 lety +1

    Kabee kabiti

  • @zeritukebebe7765
    @zeritukebebe7765 Před 4 lety

    Please itii fufaa bay'ee namati toltu jabadha oromoo koo

  • @sabontuoromoo2285
    @sabontuoromoo2285 Před 4 lety +1

    Jabadhaa baye bareduu

  • @worrabaaleoromia1509
    @worrabaaleoromia1509 Před 4 lety +1

    Kabbee hojiin isaa bareeda sagalee nuuf sirreessa galatooma hundi keessan

  • @reactionkid1724
    @reactionkid1724 Před 4 lety +3

    Kabda hojjii kee bay.ee namatti tolaa

  • @weltejibana1036
    @weltejibana1036 Před 3 lety +1

    kkkkkkkkkkk.........nama bashannansiisa