OMN: Dhaddacha Dubbii. Turtii Qondaala ODP duraanii Milkeessaa Miidhagaa (PhD) waliin taasifne

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 24. 08. 2021
  • "Sirni kun Oromoof hin ta'u; Falmachuun furmaata"
    Qondaala ODP duraanii, Milkeessaa Miidhagaa (PhD)

Komentáře • 1,1K

  • @abdetaedea
    @abdetaedea Před 2 lety +294

    Yoo gazexeessaa taate akka Guyyootti,Yoo artistii taate akka Hachaalutti,yoo aktiivistii taate akka Jawaaritti,yoo qawweetti amante akka Marrootti biyya keef hojjadhu.

  • @martadendena8171
    @martadendena8171 Před 2 lety +47

    Guyuu atii bagaa garaa hadhaa keti hin hafani ❤️❤️💋

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety +1

      Qalii Nama Asuumaan Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @hakimamanya4993
      @hakimamanya4993 Před 2 lety

      mati naf tahi

  • @robayohannes5331
    @robayohannes5331 Před 2 lety +48

    Thank you Guyyoo and Dr Milkessaa. It was worth the wait.

    • @Odaatube460
      @Odaatube460 Před 2 lety

      Guyyo mataa dhiiraa nuuf jiraadhu

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      @@Odaatube460 matii nataa ii lubu ❤❤

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      @@Odaatube460 matii nataa ii lubu ❤❤

  • @lensahuresae752
    @lensahuresae752 Před 2 lety +43

    The best interview ever with the right time with the wise men

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety +1

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @ahmedmuhamed2757
      @ahmedmuhamed2757 Před rokem

      ​@@go4high😊

  • @IqraTube2
    @IqraTube2 Před 2 lety +21

    Wel come guyyo wariyo lecaa fakii nama mee nami guyoofi OMN akka kiyati jalatani qoftini like 👍godha mee

  • @alhamduzakir7420
    @alhamduzakir7420 Před 2 lety +20

    Guyyoo are you amazing man I don’t have an words to describe you masha Alhah may Allah protect you 🥰🥰🥰🥰

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Bro Subscriber Naf Godhi

    • @alhamduzakir7420
      @alhamduzakir7420 Před 2 lety +1

      Of course sifi godhiraa

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety +1

      @@alhamduzakir7420 Guddaa Galaatoomii Qalii Nama

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤💚❤❤

  • @oromotube2583
    @oromotube2583 Před 2 lety +33

    Well Come Guyo lencaa bilxginaa ykn doctors bilxginaa 💚💚❤💚❤💪💪💪💪Namnii Guyo jaltuu like 👍

    • @eventhink3253
      @eventhink3253 Před 2 lety +2

      Guuyoo iitii muuddii qaacaallee

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety +2

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      @@eventhink3253 matii nataa ii lubu

  • @abdumobilapp
    @abdumobilapp Před 2 lety +79

    OMN galatooma har'aan tana sihrii abiyi guddotu harkaa ifa baye wallaala keenya kan waayee sirnaa hin beeyne abiyi ganaa oromoof waa hojjata jedhe abjatu fi bitamtu ummata keenya mootumma oromootu biyya bulchaa jira jette goyyoomsu barbaaddu dhugaan jirtu ummata keenyaaf ifa baate jirti falfalli dhoksa abiyyi ittin wallaala keenya goyyoomsu barbaadu har'a ifatti baate jirti galatoomi atilleen guyyo 🙏

  • @abdidaniel1162
    @abdidaniel1162 Před 2 lety +3

    Dhugaadha baayyee guddaa galatoomaa Guyyoo and Dr

  • @gamachurasheed1322
    @gamachurasheed1322 Před 2 lety +6

    Thank you guyyo wario for update interview brother, naftagna and pp must be abolished completely in Ethiopia 🇪🇹

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před 2 lety +16

    Uuuuuuf biyya keessa jira se'en yaada'e ega bakke jiraate itti cabsi huddu haadha shiiti abiyyitu jaba rabbi isati yaa laalu ganticha harka dhiiga angoof jecha hacee nyaate 😭 guyyo habibi nuuf jiraadhu

    • @ijjoolleeabdii5539
      @ijjoolleeabdii5539 Před 2 lety

      Maatii nama kana tahuudhaan aantummaa kee bahadhu.Si jaallanna.
      czcams.com/video/emVq3bVOUkE/video.html

    • @mudesirsultifeto72
      @mudesirsultifeto72 Před 2 lety

      Baay'ee Galatoomaa!!!

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      @@mudesirsultifeto72 Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤❤💚❤❤❤❤

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      @@ijjoolleeabdii5539 matii nataa ii lubu ❤❤💚❤❤

  • @amanhussein9607
    @amanhussein9607 Před 2 lety +2

    Thank you so much guyo wariyoo you are the best journalists all of us can be proud of you keep it up for what we do we love you and we support you always

  • @oromiawallaggaa3468
    @oromiawallaggaa3468 Před 2 lety +6

    Kanuma dhugaan jirtu guyyoo leenca oromoo ❤💚❤💪 lammaan illee Akka OMN irratti dhufee dubbatu barbaanna yoo dhuguma oromoo ta,e

  • @tegesttadele4803
    @tegesttadele4803 Před 2 lety +16

    Guyyoo bagaa oromoo tatee❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Qalii Nama Asuumaan Subscribe Naf Godhi

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @dawitdoqosa7938
    @dawitdoqosa7938 Před 2 lety +1

    waan addaa/ Icitii inni Baase hin jiru. kana hunduma isaa Tokko tokkoon oromoon gurraa qaba. Abba Taayyeenis Osoo kan carraa Argatee biyyaa bahu ta'e Kan kana caalu jedhee Dhiifama gaafachuu danda'a. Guyyoo Thanks for your Interview Kanuma.

  • @bilisabekele6737
    @bilisabekele6737 Před 2 lety +92

    Guyyoo hojiin kee daraan dansaa ❣️

    • @kebektube7266
      @kebektube7266 Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i lubbuu

    • @jamelamohamed4855
      @jamelamohamed4855 Před 2 lety

      👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍🤲🤲🤲👍👍👍👍🤲🤲🤲🤲👍👍

    • @duridarge7430
      @duridarge7430 Před 2 lety

      @@kebektube7266 ql

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @arsiitoo7120
      @arsiitoo7120 Před 2 lety

      wwwwww5😍😍😍😊😊😊

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 Před 2 lety +16

    Welcome OMN 🌺🙋‍♀️
    Baga nghn dhufte guyyoo qaalii keenya🤝 gaazexeessaa taanaan akka guyyoo kanatti wlh garaa nama qabbaneessa gaafiin isaa.waanuma sammuu oromoo keessaa jiru gaafata🙏 yoo tana PPn guyyoo hiitee gad dhiifte gaabbiin quba nyaachaa jirti🤦‍♂️
    Jawwee koo😢
    Hacee koo uuuufffff 😢

  • @alemayehubule3882
    @alemayehubule3882 Před 2 lety +17

    pls oromoo tokko ta,aa WBO cinaa dhabadha

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Bro Subscriber Naf Godhi

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @efagurmesa6263
    @efagurmesa6263 Před 2 lety +1

    Guyyoo hojinkee bayee nu bonsa jabadhu korma dhira

  • @abbahaqaa6873
    @abbahaqaa6873 Před 2 lety +14

    Good job OMN ❤️💚❤️ + 🇺🇸 = 👏👏👏

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @sahra4091
    @sahra4091 Před 2 lety +14

    There is something magical about Guyoo's interviews.

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety +1

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      @@go4high matii nataa ii lubu

  • @oromiyaaoromiyaa3086
    @oromiyaaoromiyaa3086 Před 2 lety +18

    Guyyoo bagaa Oromo tattee dhugaa naa bonsite!!!💔💔

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Qalii Nama Asuumaan Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii Qalii

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety +1

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @bachanado7637
    @bachanado7637 Před 2 lety +26

    Guyyooo kana bilxinnaa isa hidhaa gadhistee ibidduma taatee hubachaa jirti yoona garuu!

    • @kebektube7266
      @kebektube7266 Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i lubbuu

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Bacha Bro Koo Subscribe Naf Godhi Sanyii

    • @ayishaayisha722
      @ayishaayisha722 Před 2 lety

      bacha nado qoshashaa gadhee wayiidhaa

    • @bachanado7637
      @bachanado7637 Před 2 lety

      @@ayishaayisha722 maal giifti maalin si godhe?

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @rafimajama4279
    @rafimajama4279 Před 2 lety +9

    Wel come OMN and guyyoo leencaa ilmaa oromoo nuuf jiraadhuu waggaa 1000 🥰🥰🥰🥰🥰🥰

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety +1

      Qalii Nama Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @foziorotube
    @foziorotube Před 2 lety +14

    Ppin waanumaa fettee hojjatee kaata dhuftee dhifama jetti kuni ergaamtuuf salphaadha. haatii hiyyeessaa taan lubbuu ilmaa ishee dhabdee akkamitti dhifama isiin gooti garuu, boruu kan biraas dhufe dhifama yoo jedhe oromoon dhifamuma godhaa olaa kan hardhaa angoo irraa jirus kanaf lammii isaatif rifaatu dhabee

    • @nahirumar6637
      @nahirumar6637 Před 2 lety +4

      Dhifamani akkata qabaa mallee hundaaf dhifamani hin godhamuu mikkelsen warra yeroo dhan isan keysaa baffamani tii kan bekkii obbo ilmaa Saba warra cubuu hojjachutii dhifamani hin jiruu

    • @customerservice8018
      @customerservice8018 Před 2 lety +1

      Dhugaa jetee obboleti koo Hati ilmo isa dhabde nii ulfata garu akkata qaba dhifamni

    • @OROOfficial11
      @OROOfficial11 Před 2 lety

      @@customerservice8018 please subscriber naf godhi

    • @OROOfficial11
      @OROOfficial11 Před 2 lety

      @@nahirumar6637 please subscriber naf godhi

    • @hakimamanya4993
      @hakimamanya4993 Před 2 lety

      mati naf tahi foziye

  • @assefaregassa1396
    @assefaregassa1396 Před 2 lety +9

    Amazing interview God bless you all!

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤💚❤❤

  • @JamesJames-ov7so
    @JamesJames-ov7so Před 2 lety +16

    Guyyoo leenca sabaa 💪💪💪

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Subscribe Naf Godhi Sanyii

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

  • @yeridagaga9831
    @yeridagaga9831 Před 2 lety +5

    omn team guddaa sin galateffanna Dr Milkessanis dhugaa ummataa keenya waan ifaa baaftanif galatooma!

  • @bachanado7637
    @bachanado7637 Před 2 lety +23

    Oh my God I can'nt wait!

    • @Ovn430
      @Ovn430 Před 2 lety

      czcams.com/video/8MgmMhBkv5c/video.html

    • @Ovn430
      @Ovn430 Před 2 lety

      czcams.com/video/8MgmMhBkv5c/video.html

    • @OROOfficial11
      @OROOfficial11 Před 2 lety

      @@Ovn430 please subscriber naf godhi

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @alikodinko9158
    @alikodinko9158 Před 2 lety +12

    የምኒልክ ቤተመንግሥት የምባል ቤት ተፈርሶ ሌላ እስካልተገናባ ድረስ ፋጽሞ ኢትዮጵያ ውስጥ ሰላም አይመጣም᎓᎓ ስለዝህ ብሄሮች እና ብሄራሰቦች ዝግጁ መሆን ያስፋልጋል᎓᎓

    • @user-fh5ei4jw9y
      @user-fh5ei4jw9y Před 2 lety

      በትክክል

    • @hailemaryamgebru165
      @hailemaryamgebru165 Před 2 lety

      በትክክል የአዲስ አበባ(ፊንፍኔ) መንግስት በትንሹ ወደ አራት ክልል መበተን አለበት

  • @hawwiiwallaga4149
    @hawwiiwallaga4149 Před 2 lety +2

    Guyyoooooooo
    Yoo media dhabaan ykn hundeessan akka OMN❤
    Yoo gasixxeesaa ta'aan akka guyyoo
    Yoo xinxxalaan akka jawwar
    Yoo hidhannoon lollan akka marroof
    golichaa
    Yoo artisti ta'aan akkaa hacceef galoo ... isin hunduu bagaa oromoo tatani ❤💚❤

  • @ZEthiopian
    @ZEthiopian Před 2 lety +1

    Jabadhuu guyoo leenca sabaa gaaltomii

  • @sintemekonen7202
    @sintemekonen7202 Před 2 lety +20

    ምርጡ ከደጋጎቹ ቦረና የተወለደው ጉዮ እንወድሀለን

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety +1

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @siremoh5208
      @siremoh5208 Před 2 lety +1

      Yaa

  • @freejewaarmohamad3162
    @freejewaarmohamad3162 Před 2 lety +6

    Wlh Anii Aduunyaa taanaaraatii Akaa Guuyoo Waariiyoo fi Jaawaar mahomad jaalaadhuu hin Qaabuu luubbuu tiiyyaa fiixaa keessaanii haa taatuu uuuuuuffff waanii Goodhuu hin qabuu raabbuumaa isinii kaadhaanaa wlh

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Dhugaa keeti👍
      Asuumaan Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii Qalii Nama

  • @raayyaahd718
    @raayyaahd718 Před 2 lety +2

    Jabaadha dhufaa jirra waan addaa qabanne.

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa...

  • @madinaayano8863
    @madinaayano8863 Před 2 lety +2

    Please please like omn and guyyoo kenaa 💚💪👏

  • @hananamin6897
    @hananamin6897 Před 2 lety +4

    Wooow jawwe kiyya moti bar ati dhugaa ango gubba taee si sodatanee lenca kiyya rabbi hidha sihaa basuu

  • @bekelebeyene3146
    @bekelebeyene3146 Před 2 lety +6

    Great interview, thank both of you

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @halimahalima632
    @halimahalima632 Před 2 lety +2

    Guyyoo dhuuga bayyee galattomi nama akkaana nuuf dhiyeesun keetif nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤

  • @halima1294
    @halima1294 Před 2 lety

    Maashaa Allah, Galaatooma Hayoota kenyaa fi OMN, Dr Milkeesaa midhagaa abbaa dhuga galaaani keessan Billisuumaa haa ta,uu, rabbii akkuma maqaa kessaani nu haa milkeesuu🤲🤲🤲🤲🤲💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤

  • @slg-streamoflibrationgospe4828

    OPDO ayyaana ilaalatu dha. From top down, all OPDO cabinets will be retired very soon. You won’t be adopted on the new structure that will be built by WBO and the Oromo people.

    • @kebektube7266
      @kebektube7266 Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i lubbuu

    • @dirribsaalemu3580
      @dirribsaalemu3580 Před 2 lety

      ሀገራዊ

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

  • @bilisabekele6737
    @bilisabekele6737 Před 2 lety +15

    Jabadha 💥💥❣️💥❣️

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Qalii Nama Asuumaan Matii Naf Ta'i Sanyii

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @besaasder7707
    @besaasder7707 Před 2 lety

    Dhugaa Kuni Icciti Yeeroo Ufii Egatee Dhiyatee Wanii Tefii Bayee Nuu Gamachisaa Dr Galatomi Omn Nuu Jiradhaa Jabadhaa

  • @darartumayrajamal7617
    @darartumayrajamal7617 Před 2 lety +1

    Jabadha wal jabefadha

  • @bilisabekele6737
    @bilisabekele6737 Před 2 lety +13

    I can't wait ❤❤❤❤💥🔥

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤💚❤❤

  • @hailemaryamgebru165
    @hailemaryamgebru165 Před 2 lety +3

    Guyyoo thanks you’re doing good keep it up

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤❤💚❤❤❤❤

  • @fffff912
    @fffff912 Před 2 lety +1

    Yaa guyyoo dhirra gaafa xiqii umurii nufii dheeradhuu ❤❤💚💚❤❤

  • @godanaadhi8058
    @godanaadhi8058 Před rokem

    Keep on coming back to this interview, it was such an informative and erudite Q & A between two knowledgeable patriots. Keep it up.
    Can Guyyoo bring back Doktori Milkeesaa following his new book on federalism and the place of Oromo in the body polity of Ethiopia.

  • @makiyayoutube6871
    @makiyayoutube6871 Před 2 lety +4

    Rabbii si haa eguu milkessan biyyaa kessa jira mo yaa rabbii akka nuraa hin nyannee kanalee🥺🥺🥺😭😭😭😭😭😭

  • @biloatube7603
    @biloatube7603 Před 2 lety +9

    Anaa dhufuu guyyoo❤❤💟💟

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

    • @biloatube7603
      @biloatube7603 Před 2 lety

      @@go4high ok

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤💚❤❤

  • @hendamuraadmahmud5496
    @hendamuraadmahmud5496 Před 2 lety +1

    Oromiyaa gurgurmte jirti wbo jabeessa oromo 💚💚💚💚💚☝💪💪💯💯🤲🤲🤲🤲qabeenyaa beekumsa wbo tumsa qabeenyaa nafxanyaa kan oromiyaa keessa badu qabsi

  • @salmanabdo1079
    @salmanabdo1079 Před 2 lety +2

    Thank you OMN and Dr M.Midhaga

  • @zeytunaroba4905
    @zeytunaroba4905 Před 2 lety +4

    Daqiqaa 20 booda Eegaa Video gadi hin dhiifamne ijollee jawwe🥰😅 osoo bilbila gadi tuxan cabsituu booda kkk

  • @yelaylay5409
    @yelaylay5409 Před 2 lety +7

    ተርጉማችሁ አቅርቡልን የአባገዳ ልጆች

  • @keyrattube9249
    @keyrattube9249 Před 2 lety +2

    Dhugaan jirtuu tanuma wallahi baga icciiin kuni bayee. Guyyoo jiradhu umrii dheeraa O M N ❤❤❤💚💚💚💪👍

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Qalii Nama Asuumaan Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii Qalii

    • @nastanatnastanat7826
      @nastanatnastanat7826 Před 2 lety

      @@caffeemedia8291 💪💪💪💪💪🐅🐅🐅😭😭🙏❤❤❤💞💞💞💘💘

  • @theconfusedoromo5361
    @theconfusedoromo5361 Před 2 lety

    Guyyo you are the best journalist we have. thank you.

  • @abdhas5827
    @abdhas5827 Před 2 lety +4

    Thank you for your telling ture storys

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @rehobootwandimuu5142
    @rehobootwandimuu5142 Před 2 lety +10

    OMN 💯

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @kaadijaagihoo599
    @kaadijaagihoo599 Před 2 lety

    Ayyyyiiiiiiii....dhuuggaahinbaadiinniioromoko..😍😍😍😍😍😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭jaaweekkoo..Abbiiyii...jiruukkee.habbaduuu

  • @tahirugaselmi6992
    @tahirugaselmi6992 Před 2 lety

    Mahadsanid sxb guyoo run ahanti su,allo bir ah ayaad sua,shay siyaasigi hore ee ODP

  • @marimagudato5952
    @marimagudato5952 Před 2 lety +12

    OMN VOICES FOR VOICELESS 💞

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤

    • @abdulhamidseraj3494
      @abdulhamidseraj3494 Před 2 lety

      Jabadhuu

  • @shaamaa7567
    @shaamaa7567 Před 2 lety +8

    Bravo Guyo!

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @gechtade3163
    @gechtade3163 Před 2 lety

    Baga biyyaa baate obboleessa keenya. Adaraa nama warqii kana deddeebi'aa haasofsiisaa

  • @baharfuad3885
    @baharfuad3885 Před 2 lety

    Obbo guuyoo Bayyee si jalaana goota Gootni dhalchee love you onnee irra

  • @makiyatadikisi771
    @makiyatadikisi771 Před 2 lety +14

    as wr wb hudi kesani

  • @yasufktube2709
    @yasufktube2709 Před 2 lety +18

    ❤💚❤

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Bro Subscriber Naf Godhi

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

  • @demeramegersa1696
    @demeramegersa1696 Před 2 lety

    Thanks Dr & OMN journal. Guyyo .

  • @kabumaltmedia9110
    @kabumaltmedia9110 Před 2 lety +1

    Jabakoo

  • @rafimajama4279
    @rafimajama4279 Před 2 lety +4

    Wow gaaffii fi deebbii ajaaibati
    Guyyoo leencaa onnee sibilaa nuuf jiraadhu gootaa ijaa barbaada

    • @caffeemedia8291
      @caffeemedia8291 Před 2 lety

      Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii Ofii Qalii

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa...

  • @jaalanneetolasaa8865
    @jaalanneetolasaa8865 Před 2 lety +3

    OMN ijaf guraa Uummata Oromoo qulqulluu ♥️💚❤️💪

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @dajaneayana6941
    @dajaneayana6941 Před 2 lety

    Waan Hedduu Deebii naaf kenitan Dr. Galatooma. Guyyo Ati Ogeessa sirrii dha ati Lubbuu nuuf dheeradhu.

  • @aishagerbo6309
    @aishagerbo6309 Před 2 lety +1

    Well cam OMN ijafi guraa ummatta oromo Ququlluuu Guyoo erega hacee ajjeessani jawari hidhani OMN DAWACHUU DHISEE TUREE GARUU EREGAA ATTI GARA OMN DHUFUTEE DAWACHUU EGALLEE HEDUU SII JAALLAADHAA

  • @mohamedzakir5757
    @mohamedzakir5757 Před 2 lety +7

    Can't wait

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety +1

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤❤💚❤

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    Akka guyyaa hacee as irrati dubbatu sanatan eega jira har'a dhugaa ni dhageenya eega😢 uuuuuuuufff dhugaa dhageenye 😭😭

  • @bareeduuwallage8493
    @bareeduuwallage8493 Před 2 lety

    Guyyoo jabadhuu lencaa keenyaa

  • @hamdashegena5856
    @hamdashegena5856 Před 2 lety +1

    Yaa rabbii koo osoo siqabachuu dhabaadhee ani waa salphadhee, yaa worra waa beektan ammallee oromoof galee hinjiruu dhaamsaan galchaafii

  • @lwww2070
    @lwww2070 Před 2 lety +7

    Thanks OMN and OMN Teme 💪💪💪💪💪💪💪.

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @loveDoe1
    @loveDoe1 Před 2 lety +12

    Please interview him in Amharic too so all Ethiopian hear the story 😡🤬😡

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @loveDoe1
      @loveDoe1 Před 2 lety

      @@go4high yadaa gari dhaa chanali kee kamii

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @user-uz2py9cy9u
    @user-uz2py9cy9u Před 2 lety

    Guyyoo jabaadhu dhiirakiyya

  • @ssmashallha6843
    @ssmashallha6843 Před 2 lety +2

    ❤️💚❤️👍👍🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭😭Jabadhaa dhugaa ormoo basaa Raabiin sini heguu💕💕

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 Před 2 lety +3

    Wellcome guyoo galatomii dr milikessa nuu dhiyesuu keef. Wbo qofatuu lakii hin bilisominee jedhee.yoo oromoon bilisomeraa jedhee binesaa bosonaan bilisomsa jechaa jal maroo lencaa kenyaa long life❤💚❤🙏🙏🤣🤣

  • @jiraabuuleebaariiargufu2220

    OMN 😍😍😍💪💪🎄🎄🎄

  • @Benja2828
    @Benja2828 Před 2 lety

    Dr galatomuu qaba dhugaa jirtu waan baaseef thank you Dr

  • @kaadijaagihoo599
    @kaadijaagihoo599 Před 2 lety

    Abbiuyiin...jirenyiikkee..habbaduu...guubbaadhuu...☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @abdisana9595
    @abdisana9595 Před 2 lety +5

    Wow!

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @freejewaarmohamad3162
    @freejewaarmohamad3162 Před 2 lety +3

    Ijoollee Oromo woolii faacaassaa OMN Daawaataamuu Qabaa ijaaf guuraa umaataatii

  • @fatutiya2875
    @fatutiya2875 Před 2 lety +1

    Abbii guuyoo ulifadhu Gallatoomii Lencaa Kiya 😘😘😘🌹🌹🌹❤❤💚💚❤❤

  • @geneabdo7585
    @geneabdo7585 Před 2 lety +1

    Dhugaa dubbachuf baayy'ee galatoomi Dr💚❤️💚❤️
    Silayu caara umaata oromo biyya keessa ta'e jiraachu hojachu hin danda'u 😭😭😭😭

  • @ffgggfggg1751
    @ffgggfggg1751 Před 2 lety +12

    😍😍😍

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤❤💚❤❤

  • @iftuutube3684
    @iftuutube3684 Před 2 lety +4

    ♥️♥️♥️♥️♥️♥️

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety +1

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @halimaorotube2314
    @halimaorotube2314 Před 2 lety

    Dhugaa galatomi ilma sabaa jabadha oromoo koo lake fi shereree godha fi jajjabeessaa

  • @taduybelayaislam8954
    @taduybelayaislam8954 Před 2 lety +1

    Yaa.guyoo.akkumaa.hacee.namichaa.kanaa.liqimsuu.boodaa.moo.sumatii.nanesuu.yaa.rabii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👈👈👈👈👈

  • @amane_tuuteeamane_tuutee9999

    Guyyo nu jiradhu ❤❤💪

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

    • @hakimamanya4993
      @hakimamanya4993 Před 2 lety

      @@go4high ok atis kotu

  • @ajbbbadriyaabaalee8679
    @ajbbbadriyaabaalee8679 Před 2 lety +6

    💔💋

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @darwishalmamari3650
    @darwishalmamari3650 Před 2 lety

    Umurii dherradhaa Dr milikesaa guyyo abba jiramma rabbin Bilisuma Ijaan si yaa argsisuu jiradhuu Gottakoo

  • @shasheeshowgalaxys9918

    Welcom Omn

  • @abdisana9595
    @abdisana9595 Před 2 lety +5

    😍😍😍😍😍

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa..

    • @tewedebedru4865
      @tewedebedru4865 Před 2 lety

      Matii nataa ii lubu ❤💚❤

  • @so2bk
    @so2bk Před 2 lety +8

    OPDO ni bakka jijjiratti malee abadan amala hinjijirtu. Ayyaan laallattiu.

    • @go4high
      @go4high Před 2 lety

      Oromoon karaa hundaan akka qaramuuf gahee keenya bahuu qabna. maarree channaliin keenya Oromoota qaruuf kutannoon dhufeera. koottaa maatii nuuf taha...yaadan nu deeggaraa....

  • @abubakarkamaal892
    @abubakarkamaal892 Před 2 lety

    Dhugaa baaftaniif baay'ee galatoomaa/is very nice interview/ I wish for both of you long live./rabbi isin haa tiksu bakka jirtan maratti.

  • @bilisabekele6737
    @bilisabekele6737 Před 2 lety +4

    ❤❤❤❤❤#OMN❤❤❤❤❤