Turtii Addaa G/A/O ABO-WBO Waliin

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 6. 07. 2024
  • #KMN #KUSH

Komentáře • 86

  • @hey1232
    @hey1232 Před 26 dny +6

    WBO -KOO OROMOO KOO 🍎🌳🍎🫶🏽Thessalonians 3:3
    Stay strong 💪🏾💪🏾💪🏾
    The Lord is faithful. He will establish you and guard you against the evil one…..yes and Amennnn x3👏🏽👏🏽👏🏽

  • @ahmedkamal7197
    @ahmedkamal7197 Před 25 dny +3

    Jaal Jireenyaa Welcome!!

  • @hey1232
    @hey1232 Před 26 dny +7

    Oromia Oromoo shall be free from all evil eyes Amen x3 👏🏽👏🏽👏🏽🍎🌳🍎💪🏾💪🏾💪🏾

  • @hey1232
    @hey1232 Před 26 dny +6

    Welcome & thank you KMN Reporter Habteshee Voice for all the voiceless 🍎🌳🍎👏🏽👏🏽👏🏽

  • @odatube7813
    @odatube7813 Před 25 dny +2

    Namicha Kana Dhimma Dr Girmaa Jechaa turee irratti Yaada isaa yaa kennu.

  • @FiromsaDadiGelon
    @FiromsaDadiGelon Před 18 dny +1

    ABO WOBOn Raassaa ittii fuffaa cabisaa jirraa sirini nama nyaata nurraa habuqa.uu umaanioromo ABO WOBOn buulluu qabatama isinifi hata'uu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdilubaaba6025
    @abdilubaaba6025 Před 26 dny +4

    Yooyyaa Yooyyaa ilmaan aayyaa

  • @Muas-yj5wd
    @Muas-yj5wd Před 5 dny

    Injifannoon kan ummata oromooti WBOn haawaaru ❤💚❤💪

  • @mohammedtussa4847
    @mohammedtussa4847 Před 26 dny +4

    Bayy'ee Galatoomaa kabajamtoota Haala gaariin ibsaa keennitaan bilsoomnee biyyaa kennaa ijaaranne Rabbiin nu haa agaarsiisu

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 Před 26 dny +2

    Thank you Habtish for being voice our voicless Oromo ppl

  • @EndalkGurmessa-ym3jh
    @EndalkGurmessa-ym3jh Před 26 dny +4

    Nothing to say rather delivering special thanks to KUSH MEDIA and HAPTAMU TESFAYE!!!!!

  • @user-gy7bm6bg1r
    @user-gy7bm6bg1r Před 26 dny +6

    Abdii Oromoo WBO Maroo Qeerroo Qaaree Oromumaa Forever ✌🏾🫶🏽✔️❤️💚❤️💪🏾💪🏾💪🏾

  • @DSquareDSquare
    @DSquareDSquare Před 26 dny +5

    Very good gaaffii gaariidha

  • @user-gy7bm6bg1r
    @user-gy7bm6bg1r Před 26 dny +3

    Thank you Jaal & Habte ❤️💚❤️👏🏽👏🏽👏🏽

  • @iamoromonotethiopia3095
    @iamoromonotethiopia3095 Před 26 dny +5

    Oromo fight 4 your Right & freedom from AbiyAhmed dictatorship hatuu Nama nyata

  • @ebsamohamed5845
    @ebsamohamed5845 Před 25 dny +2

    Oromia shall be free no doubt the struggle is bitter long and protracted but at the end victory is ours. The OPD Neftenas days are numbered.

  • @user-nt6nd6fu5v
    @user-nt6nd6fu5v Před 26 dny +4

    👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @biniyaamdestahun
    @biniyaamdestahun Před 26 dny +5

  • @birratedhowai6799
    @birratedhowai6799 Před 24 dny +2

    Waraan motumma yeroo rukutame oldeebie ummata rukuuta, mana gubaa, saama, dinnuma offirrati umma jira. Sutuma suuta itti fufaa malee, ummani dhumee jechuun qabsoon hin dhaabatuu. Qabsoon akkumaa atti feetuutti hin taatu. Dhugaa qabna, nimoona. Inni kaayoo ummata hin qabnee haarakatuu. Nikuufa moo beeki. Wayyaane fi Shabiyaan otoo alaa degarsa qabani bara sheera fixee keenyaa wagaa 5 Keessati jalaa dhaabate gudshatee babaldhate asgahee beeki. Motumman dhugaa hin qabu dadhbaa deema, waraani nuffaa deema,, harka keenata jigaa deema.

  • @FiromsaDadiGelon
    @FiromsaDadiGelon Před 18 dny +1

    ABO WOBOn Raassaa jirraa ❤❤❤❤❤❤❤

  • @hey1232
    @hey1232 Před 26 dny +4

    Jaal Gaalatomaa 👏🏽👏🏽👏🏽🍎🌳🍎💪🏾💪🏾💪🏾

  • @biyyaaabbakotii5728
    @biyyaaabbakotii5728 Před 24 dny +3

    🎉🎉🎉

  • @RAYAKUMSAA
    @RAYAKUMSAA Před 21 dnem +2

    the standard media

  • @JamalAbdukarim-cr7ss
    @JamalAbdukarim-cr7ss Před 23 dny +2

    Silaani qabeenyaa qabadhee wani dironidhani gubanini kanaafi akanati hin hafuufi dhissi atti

  • @bultifayissa1342
    @bultifayissa1342 Před 26 dny +3

    Galatoomaa lamaan keessan, Gaazeexeessaa Habtaamuu, Jaal Jirenyaa!!!!!! Gaaffile gaggaarii ibsawwan gaggaarii Turan. Nuus kadhata keenyaan isin cidha jirra. Gidiraan Oromo xumuramuu qaba!!!!!!Waaqayyoo isinii wajjin haa ta'u!!!!! Bilisummaadhanis nu haa ga'uu!!!! Guddaa Galatoomaa!!!!!!!!

  • @FiromsaDadiGelon
    @FiromsaDadiGelon Před 18 dny +1

    It's cabisaa jirraa sagalee ❤❤❤❤❤❤❤

  • @ismailalmadi1085
    @ismailalmadi1085 Před 25 dny +2

    Habtish Mee Waee Zanzibar Sanarraalee Waa Gaafadhumee

  • @user-mf6yy6pm5q
    @user-mf6yy6pm5q Před 23 dny +2

    ❤❤❤❤

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb Před 25 dny +3

    Jebadaa yaa Oromo the father of truth is with you and WOBO our strong in and out army's ❤💚 Always respect for strong our freedom under createre. Thank you for strong army's Oromo and Oromiaa army's!!🙋‍♀️🙋‍♂️

  • @mohamedhoussein7357
    @mohamedhoussein7357 Před 26 dny +3

    Galatomi jaal jirenya❤❤❤😂😁

  • @gessisakusa3623
    @gessisakusa3623 Před 26 dny +2

    Galatoomi Haftaamuu waa'ee haala yeroo ilaalchistee Jaalle Jireenyaa Guddataa gaafachuu keef.

  • @DeribTgemechu
    @DeribTgemechu Před 25 dny +2

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @FiromsaDadiGelon
    @FiromsaDadiGelon Před 18 dny +1

    ABO WOBOn 7:16 ❤❤❤❤❤❤

  • @DSquareDSquare
    @DSquareDSquare Před 26 dny +1

    Suursagaleen gidduutti seenu sirrii mitii quba qabaadhu !!!
    Waan jaala dubbachaa jiru jeequu dandaha waan taheef!!

  • @user-nt7kh4kb2r
    @user-nt7kh4kb2r Před 26 dny +3

    Galatoomi Jaal Jireenyaa jabaa nama

  • @HilifMathewos
    @HilifMathewos Před 26 dny +1

    utuu qeerroon jiraatee yeroo kana silaa bilisummaa yoo dhabne buqqaatiin fi duuti hamma kana nurra gahu ture. sababni kanaa WBON qawwee qabatee waan jiruuf oromoon harki caalu WBO rra harka godhate jira. kanaaf yeroon bilisummaa keenya lafarra harkifate jira.

  • @DSquareDSquare
    @DSquareDSquare Před 26 dny +3

    Maal kun ?? jaal Jireenyaa Guddataa gaaffii cimaa gaafatamee ciminaafi bilchinaan immoo deebise ulfaadhu jabaa namaa

  • @user-hd5du4jm4q
    @user-hd5du4jm4q Před 23 dny +2

    Please Jaal Jireenya Guddataa olola miseensota WBO kan akka Jasl Naatoo Lammi,fi Galmo Oromo faarratti deema jiru dhaabsisuuf shoora ker taphadhu

  • @melber7957
    @melber7957 Před 26 dny +1

    👉Muslim Oromo mekelakeya weset yalut ena Amara nachew ye Oromo Cristianochen eyechefechefu betachewenm eyakatelu yalut

  • @ZenaMinch
    @ZenaMinch Před 26 dny +1

    Occultism= Waraama kan walnyaachise jireenyadha Osoo dhiyeessu baatte

  • @AolMpef
    @AolMpef Před 15 dny

    💪💪💪💪

  • @JamalAbdukarim-cr7ss
    @JamalAbdukarim-cr7ss Před 23 dny +2

    Waraa garafi bittaameetuu qabenyaa umataa gubuuti jiraa malee itti jiraani

  • @user-ci6ev2rg3g
    @user-ci6ev2rg3g Před 26 dny +2

    Tankini, madfi fi baayyina loltu mootummaa irratti strategy qabaachu barbaachisaadha!

  • @HilifMathewos
    @HilifMathewos Před 26 dny +1

    buddeen abjuu nu nyaachisinaa.

  • @abduseydi9070
    @abduseydi9070 Před 26 dny +1

    Kan akka naannoo amaaraa keessaatti Amma taha jiru dhiheenya kana kaadireen abiy abadan jiraachuu hin Dan deenye naannoo amaaraatti abiy Miila Miila jalaa rukutaa jiran kana kan Kara oromiyaatti tatkaaffachu qaba kan jennu kanaadha

  • @JibbaaGantuu-pr9zd
    @JibbaaGantuu-pr9zd Před 25 dny +3

    Waraanni tokko Tarsiimoo mataa ofii qaba WBO'nis akkasuma haata'u malee Raawwii malee Karoora himuun hin taatu waan ta'eef osoo akkasitti hubannee hoo ?

  • @midhagaaayana8336
    @midhagaaayana8336 Před 26 dny +1

    Uummanni Amaara diinni keenya oromoodha jedhanii akka lafarraa badaniif ykn baleessuuf irratti dhaaddachaa oolu yoo akkas ta’e deebiin ABO WBO maal ta’uu qaba jara kanaaf yeroo isaan uummata oromoo kana mataa isaani gadi cabsuuf yaalan maal gochuu qaba WBOn

    • @user-rp7tk8vu6x
      @user-rp7tk8vu6x Před 26 dny +1

      An hoo maal gochuun qaba? hunda dura namni Oromo ta'e Hindi Kan of gaafachuu qabu natti fakkaati. Itti gaafatama qaama tokko qofaaf laachuun sirrii hin ta'uu.

  • @Gfsh-bx3rc
    @Gfsh-bx3rc Před 26 dny +1

    Akaa umata falastan saniti falmadha yeroo toko wan fiduu qabdu

  • @fassil47
    @fassil47 Před 26 dny +2

    Thank you for removing the word ‘neftegna’

  • @gudetaamante1152
    @gudetaamante1152 Před 26 dny +1

    Hi, ask military experts about war

  • @nahimii1senna240
    @nahimii1senna240 Před 13 dny

    Jaallattus jibbitus
    WBOn waraa amanamaa fii waraa Kaayyoonii Kan Ganamaa,
    Pirojektii Taanzaaniyaa RRI fudhatanii PPtii Ida'amanii tiktoota Itoophiyaa hin ta'an......
    liqimsii

  • @FatmaHusen-bc8ve
    @FatmaHusen-bc8ve Před 18 dny +1

    ❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💔🤲☝️👍

  • @Qumbii46
    @Qumbii46 Před 26 dny +1

    Miidiyaa Habashoonni balaaleffattu keessa kun Tokko.

  • @chalagadisa-x5e
    @chalagadisa-x5e Před 25 dny +2

    isin warri as irratti dhihaatanis ta'ee haabtamunis warra afaan keenya haasoftan malee dhiiga oromoo of keessa hin qabdan

  • @user-nb7me1pp1g
    @user-nb7me1pp1g Před 26 dny +2

    Hubadha:
    1-Bali'na lafa/dachee Oromiyaa
    2- Oromoo Impaa'eerattii suphuuf qabsa'anu
    3-Burjaajii qeerroof uumata gidduutti bara 2018(Oromoon bilisoomeera)
    4-Oromota garaaf bitaman (ajajoota waraana PP, basaastota lammii ofii ajjeesisanuuf hiisiisanu)
    5-Hojjetoota mootumma Oromoo PPf hojjetanu (mindaa ofiif hojjetu malee QBO irraa hin jiru)
    6- OPDO/Ppiif waraana Pp kanneen hogganaa jiranu harki %60 ol sabaan Oromoo waan hin taaneef DIINUMAAF XIIQIIN nurratti duulee duulchisa
    7-Dacheen Oromiyaa Kaabaan,Kaabaa Lixaan, Lixaaf Kaaba Bahaatiin Naannoo finxaaleyyin PPn deegaramaniin waan daangeffamuuf kkft
    WBOn uumata irraa diina qolachaa, daanga Oromiyaa eega jira.Kunimmoo waraana.Waraanniimmoo tarsii mataa isaa qaba,sanaan socho'a malee kaadireef kaabinee ganda keessa joorte uumata ficisiiftuf saamstu tokko tokkoon loluu hin danda'u(WBOn 'Schedule ' mataa ofii qaba jechuudha)
    Hin turra malee nihurra
    WBOn hawaaru
    IUOf

  • @GamuleGBayisa-qj2ik
    @GamuleGBayisa-qj2ik Před 26 dny +1

    Maaliif maqballeessii Jireenyaa irratti odeefamu kun maalii irraa kahee ti,adda ifa baasee akka uummata isaaf ibsuu,akka qabu gaaffa'u ??

  • @user-ci6ev2rg3g
    @user-ci6ev2rg3g Před 26 dny +1

    Laffoota amaraa fi tigree jala jjiraniss hin irrafatina!

  • @ZenaMinch
    @ZenaMinch Před 26 dny +1

    Waa'ee irbuu san hinbeektu

    • @user-nt7kh4kb2r
      @user-nt7kh4kb2r Před 26 dny

      Hangaa xurrii Qeensaa Jaal Jireenya Guddaata hin geessu ati .

    • @user-nt7kh4kb2r
      @user-nt7kh4kb2r Před 26 dny

      Ati akkamin beekta irbuu maqaa keen odeessudha namarraati. Nama hojeetu irraatti hololu dha? Moo akkamin beekta

    • @ZenaMinch
      @ZenaMinch Před 25 dny

      @@user-nt7kh4kb2r dhugaa jette ani isin waajjiin jira akkuma nama tokko wareegama hedduu kafalee jira garuu odeessa miti wanni wallaggatti ta'e asitti hindubbanu

  • @AbdullahiYusuf-jv1ov
    @AbdullahiYusuf-jv1ov Před 26 dny +1

    Ganna 50 ol gaara keessaa lola dhuma hin qabne lolaa jirraa, amma dadhabannee maaloo nurraa dhaabaa isin warri WBO-ABO jettanii if waamtan ku
    Isin ala teesanii fagoorraa ibidda nutti shiduu dhiisaa yo Waaqatti amantan tahe

    • @AbdullahiYusuf-jv1ov
      @AbdullahiYusuf-jv1ov Před 26 dny

      Ani ABO keessaan ture, ABO keessa naannummaa hamaatu jira, Oromoon silaa akka isaan jedhan kagnatti bilisoomeeyyuu akkuma Eritrea san abbuma irree tokkootu ganna 30 ol ukkaamsee nu gabroomsuuf jiraa tana xiqqollee hin shakkinaa

    • @desalegnalemu4442
      @desalegnalemu4442 Před 25 dny

      @@AbdullahiYusuf-jv1ov Ati maal goote yeroo isaan ganna 50 lolan ? Callisii garaa kee guuttadhu udaan kee hagaa jiraadhu. Palastii bilisummaa isaaniif jecha lafaaf samii irraan gubataa jiru. Ati kan waan takka hin dalagne ceephoon makar. Ilma haadha raawe.

  • @gumaonline.
    @gumaonline. Před 25 dny +2

    Hattuu maqaa qabsoon maallaqa ilmaan Oromoo irraa ilmee jiruu ofii isaa nabbareechatee Uganda fi Nairobi Namoota gidduu naannawee of jiraachisun basaasa CIA dhaan qabsa'aa Oromoo yeroo jettan qaanfadhaa.
    Isumaawuu ofii Nairoobitii Ambaasaaddara Xophiyaa Baacaa Dabalee, Warqinee Gabayyoo Boonsaa Ewunatuu fi siisay Tolaa, Ugandaati ammoo Ambasaaddara Xophiyaa Mohammed Suleemaan walii nama qabsoo Oromoo gurguruuf koratti jirun qabsa'aa jettuuy?

  • @alemhagere7023
    @alemhagere7023 Před 26 dny +1

    Sobduu Oromoon pirooppagaandaa ati amma haasoftu kana si barsiisuu danda'a.Shaneen hatuun ala waan ittiin beekamtu hin qabdu.Gaafiin sabaas Shanee harka hin jirtu.Oromoon gaafii saboota biroo deebisa malee ammatti gaafii hin gaafatu.Garuu waan barbaade ni mirkaneeffata.Shaneen garuu gufuu ta'aa jirti.

  • @habtedafa7193
    @habtedafa7193 Před 25 dny +2

    Habtamun dhugaa Jireenyaan himaa jirus, amanti WBO irraa qabu dabalatee waan jabaa natti hinfakaatu. Jettee jettee mitti, naminii yeroo hundaa waan dhageesse keessa kan amanuu barbaadu duwwaa amanaa!!! Isaa booda, xinxala isaas isuma irraat ijaarama. Jalqabdee yaadin kee blissumma qabaachuun barbaachisaa-dha. Kanaachi rakkoo jirtu afuufan guddisanii dhiheessun wollansoo sabaa dhiisaa, gala jechuudha! Check your self, you are not an independent journalist. One way or the other, you are siding with kolonel Abiyot to distort the realities of freedom journey!!!!!

  • @DasoreAbebe
    @DasoreAbebe Před 26 dny +1

    Utuu lubuun jirtuu bilissuumaa arginee bekta?? atii hekeera dubbiftudhaa machooftu dhiigaa oromoo ajessuun billissuumaa mitii abon dhokaachuu qofaa ertiriiyaa summalee keniiyaa joruu dhisaatii biyyaatii galaa eessaa jirtuu isiinii ???????????ofii billiisommaa oroomiiyaa duraa gatu Biyyaa ormaa Haacaaluu irraa baraa

  • @user-do2zx7fn9z
    @user-do2zx7fn9z Před 26 dny

    Jirenyaan qabsoo kanaaf gufuu dha. Nama jaal Maroo gandumaa ti galcha jirudha

  • @desalegnalemu4442
    @desalegnalemu4442 Před 26 dny +1

    Habtaamuu Tasfaayee eenyu dhaa ? Maaliifan jedhe seetam , af gaaffii inni jaal jireenyaa gaafatu miiraa aarii irraa qabu fakkaata. Waa'ee qabsoo ABO WBO biyya keessaa gaggeeffamaa jiru isa osoo hin taane nuyi warra biyya jirrutu arga malee isa miti. Akkaataa uummanni keenyi (Oromoon ) qabsoo bilisummaa itti duukaa bu'aa jiru nutu arga. Fkf warra tigiraayi warra Oromoo fi warra amaaraa yoo laalle waan nama qaanessu dha. Akka Habtaamuun itti aaree dubbatu miti. Ani Habtaamuu kanan gorsu tokko isin miidiyaa irra jirtu waan taataniif Jaal jireenyaa fi Hooggana WBO irratti gaafii diini itti gammaduun mdduu osoo hin taane Oromoon akka gara qabsootti dhufuuf kakaasaa , barsiisaa. Dadammaqsaa . Jajjabina qabsoo odeessaa . Gaazexessaa warra Amaaraa ykn Tigiraayi irraa akka Habtaamuun itti gaafatu kana arginee hin beeknu. Habtaamuun qaama qabsoo kanaa ta'uu maaltu dhorkee ? Qabsoo kana kan jireenyaa fi Marroo qofa maaltu godhee ? Ani Habtaamuu fira qabsoo bilisummaa godhee laaluun narakkiseera. Waan diinni QBO odeessu fudhatee waan as ba'e natti fakkaate.

    • @HilifMathewos
      @HilifMathewos Před 25 dny

      habtaamuun gaaffii uummata ballaa gaafataa jira. kanaaf waan si aarsu hin qabu.

  • @alemhagere7023
    @alemhagere7023 Před 26 dny

    Janja'aa akka jireenyaa kanatu gorsaa ta'ee Oromiyaa dirree waraanaa taasise.

  • @ZenaMinch
    @ZenaMinch Před 26 dny

    😢Namicha Kana Osoo dhiyeessuu baatte waan inni godhu hundii milkii miti

  • @hey1232
    @hey1232 Před 26 dny +1

    Oromoo support our freedom $$$ fighters….Support for freedom fighters is self-defense🍎🌳🍎🫶🏽🫶🏽🫶🏽Freedom Isn’t Free👈🏽👈🏽👈🏽

  • @JamalAbdukarim-cr7ss
    @JamalAbdukarim-cr7ss Před 23 dny +1

  • @melber7957
    @melber7957 Před 26 dny

    👉Muslim Oromo mekelakeya weset yalut ena Amara nachew ye Oromo Cristianochen eyechefechefu betachewenm eyakatelu yalut

  • @FayyeeraaMaammoo-e6j
    @FayyeeraaMaammoo-e6j Před 26 dny +1

  • @melber7957
    @melber7957 Před 26 dny

    👉Muslim Oromo mekelakeya weset yalut ena Amara nachew ye Oromo Cristianochen eyechefechefu betachewenm eyakatelu yalut

  • @melber7957
    @melber7957 Před 26 dny

    👉Muslim Oromo mekelakeya weset yalut ena Amara nachew ye Oromo Cristianochen eyechefechefu betachewenm eyakatelu yalut

  • @melber7957
    @melber7957 Před 26 dny

    👉Muslim Oromo mekelakeya weset yalut ena Amara nachew ye Oromo Cristianochen eyechefechefu betachewenm eyakatelu yalut