Video není dostupné.
OmlouvĂĄme se.

''Abbaan koo sogidda na arraabsisa ture"/Ergamaa Garboolee Hirphaa - Keessummaa Mo'aa

SdĂ­let
VloĆŸit
  • čas pƙidĂĄn 14. 04. 2024
  • #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
    SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
    / moaatv
    CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
    / @moaatv479
    Copyright ©2020: Mo'aa TV
    Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Komentáƙe • 142

  • @lijiyasu3
    @lijiyasu3 Pƙed měsĂ­cem

    ዹገርቩሌን ታáˆȘክ በመፅሐፉ አንቄቀ በጣም በጣም ተባርáŠȘያለሁ ኄምነቔም ሆኖልኛል ጌታ áŠąá‹šáˆ±áˆ” ዘመንህን á‹­á‰Łáˆ­áŠšá‹áąâ€â€â€â€

  • @Rebunimedia7
    @Rebunimedia7 Pƙed 3 měsĂ­ci +7

    Nama Jireenya dhugaa fi fakkeenyuma gaarii qaban. Ergamaa Garbooleef Waaqayyo amma iyyuu umurii dheera haa kennuf. 😍😍

  • @lelisaetefa4886
    @lelisaetefa4886 Pƙed 7 dny

    Waaqayyo bara isaanii haa eebbisu isinis warri mo'aa Dachaa mo'uun isiniif haa ta'u

  • @tolawaktaye904
    @tolawaktaye904 Pƙed 3 měsĂ­ci +7

    Yaa namoota waaqayyoo baroota keessatti namaa qaba jechuun isa kana dha. Ani irraa deddebi'ee dhageeffadher quufuun dadhabee dinqii waaqayyoo namaa isaan hojjete. Efireem faanis isiniis akkumaa kanatti namoota waaqayyoo baroota keessatti dhugaa isa ittiin hojjeechaa turee kannen akka raajii Garboole sirritti soqaatii kiristaanoota ittiin jajjabeessa. Eebbifamaa namaa waaqayyoo

  • @HkmaHabib
    @HkmaHabib Pƙed 13 dny

    Abbaa kooo garaboolee nuu jiradha❀❀❀❀❀❀❀

  • @sarahhatagag4857
    @sarahhatagag4857 Pƙed 24 dny

    Umurii dheradhaa ❀❀❀❀❀❀ waggaa 1000 nafu jiradhas

  • @user-od2vs3of1y
    @user-od2vs3of1y Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Ergamaa Garboolee Nama Guddaa WAAQAYYOO isaan-haa Eebbisuu đŸ€šđŸ˜đŸ˜đŸ˜

  • @ObseDawit
    @ObseDawit Pƙed 21 dnem

    Ani ijoollumaa kotii kaaseen dhaga'aa guddadhe ,Ayyaanni waaqayyo isiinii wajjin haata'u

  • @zed6190
    @zed6190 Pƙed 3 měsĂ­ci +2

    Milishaan si nyaachuurra goondaan si nyaachuu wayya❀

  • @kabamergia4596
    @kabamergia4596 Pƙed 3 měsĂ­ci +3

    Waaqayyoof galannii haa tahu Nama waaqayyoo kana arguu kootiif baayyeen itti gammade !

  • @user-wi4qc9tj7z
    @user-wi4qc9tj7z Pƙed 3 měsĂ­ci +2

    Uffeeeee jireenyaa keessan kessati wantaa gudda hojeetanituu kanan caalatii isiin haa ebbiisuu ebbifama ebbifama dachaa dachaan dhugaa keessan waqqayyo ni baasa warii sobdun ni baadii

  • @user-mr7qv8rg8p
    @user-mr7qv8rg8p Pƙed 2 měsĂ­ci

    Ebbifamaa Abba keenyaa❀❀❀❀

  • @WekjiraGonfa
    @WekjiraGonfa Pƙed 3 měsĂ­ci +3

    ❀❀❀❀❀❀
    Wangeelli afaan Waaqaati!

  • @dessalegnsheleme2246
    @dessalegnsheleme2246 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Wow Naman Bara Daa'imummaa Koo Gaazexaa irratti dubbisaa tureyyu.Osoon Bilbila Isaanii Argadhee Dubbisee Baayeen Gammadayyu

  • @beekkani8947
    @beekkani8947 Pƙed 3 měsĂ­ci +2

    ebbifama ❀❀❀❀ nama waaqayyoo R.G ❀

  • @TsegayeEjegu
    @TsegayeEjegu Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Waaqayyo bara keessan haa eebbisu!!! Efireem atis eebbifami!!

  • @BekeleDame
    @BekeleDame Pƙed 2 měsĂ­ci

    Ebbifama Abba keenya

  • @QarooArguu
    @QarooArguu Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Efireem!dhugaa waan guddaan irraa baradhe. keessuma Amantootni durii yeroo nagaa walgaafatan boo'aa waldubbisuu Jedhan Ergamaa Garbooleen

  • @megersasekata9695
    @megersasekata9695 Pƙed 3 měsĂ­ci +2

    Warra mo'aa guddaa Eebbifamaa!

  • @YomiyuBoressa
    @YomiyuBoressa Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    dhugaadhumatti waan yesuusiin ijaan arganiif raajiin Garbooleen ergamaa ta'uu danda'aniiru

  • @LelisaHayilu-tb6bo
    @LelisaHayilu-tb6bo Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Waaqayyoo bara fi jireenya keessaan haa Eebbisuu ♄♄♄

  • @wakogemeda
    @wakogemeda Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Namni kun dhuguma Ergamadha!
    Ajaabi’a rabbii ti.

  • @MeseretEjerso
    @MeseretEjerso Pƙed 2 měsĂ­ci

    Ijaan isin arguu kootiif galanni gooftaaf haa ta'u nagaa naaf ta'a

  • @IyaasuuIrkisaa
    @IyaasuuIrkisaa Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Uuff dhugaa nama baay'ee jaallanu eessa jiruu yeroo amma kana maaloo ❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀

  • @bontumitiku9101
    @bontumitiku9101 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    dhugaadha Nama kana yoomin Arga jechaanture Efrem Waaqayyoo sihaa eebisuu

  • @MengistuWakjira
    @MengistuWakjira Pƙed 20 dny

    Waaqayyoo isin haa er bisu

  • @edjigayehuayana1001
    @edjigayehuayana1001 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Eebbaaf ta’aa amma ille baraa keessan guutu ❀❀❀

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Waqqayyoo bara jireenyaa keessaan haa siinf ebbisuu nama gooftaa🙇🙇🙇🙏🙏🙏

  • @bantitakale6397
    @bantitakale6397 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    waaqayyoo isin haa ebbisu gaatiin isin kaaffaltani nuuti as geenye gaalatoma ergama

  • @KidanDabesa
    @KidanDabesa Pƙed 2 měsĂ­ci

    Waaqayyoo bara keessan haa eebbisu

  • @dhugichatube
    @dhugichatube Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Waaqayyo isin yaa eebbisu!đŸ„°

  • @jiregnalamesa428
    @jiregnalamesa428 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Waaqayyoo isiin haa eebbisuu ija arguuf bayyee hawwa turee

  • @NatinaelDereje
    @NatinaelDereje Pƙed měsĂ­cem

    Ijoollumma kooti kaasseen nama ani Dhaggefacha guddaadhe ❀❀❀❀ Nama waaqayyo isaa sirrii❀

  • @dariyoskabeta2893
    @dariyoskabeta2893 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Maaloo kitaaba raajii Garboolee Essaa arganna eeruu nuf Kenna warri Mo'aTv

  • @milkiasudo6074
    @milkiasudo6074 Pƙed 2 měsĂ­ci

    Waqayyoo isin haa ebbisu nama gudda waqayyoo dhalootaf kaase dha Ergamaa Garbooleen ❀

  • @user-ln8qv4bc1g
    @user-ln8qv4bc1g Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Wwwowwo ebifaamaa dachaa umurii dheeraa nufjiraadhaa ❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀❀

  • @SagaleeJireenyaa-sf6nv
    @SagaleeJireenyaa-sf6nv Pƙed 3 měsĂ­ci +2

    Anillee wal jaalachuu obbolotaa ilaaleen amane malee namni gooftaa fudhu naan jedhee miti. Har'a garuu jaalalli hoo'aan sun hin jiru. Warruma maqaa gooftaa waamaa olantu nama balleessaa jira.

  • @TilayeTakilu
    @TilayeTakilu Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Nama waaqayyoo umrii dheeraa naaf jiraadha baay'een isin jaaladha Ufeee

  • @mooyataawtganamoo8963
    @mooyataawtganamoo8963 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    nama waaqayyo dibe raajii garboolee eebbifamaa ammallee

  • @Ramey-cx2ji
    @Ramey-cx2ji Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Waaqayyoo umurii dheeraa isinif haa keenu

  • @thegreatgospelworldwideyoutube
    @thegreatgospelworldwideyoutube Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    baayee galatooma jabadhu hojii gari hojata jirtuu

  • @mitikuemana
    @mitikuemana Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Uuuuuuufff Ammayyuu waaqayyoo bara keessaan haa Eebbisu

  • @alialali197
    @alialali197 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Bari keessani bara Eebbaa haa ta,uu Eebbiiffaamma

  • @megersasekata9695
    @megersasekata9695 Pƙed 3 měsĂ­ci +2

    Seenaan nama kanaa Kan hin beekaminituu caalaa Ani Nan yaadachiisa

  • @desalegnhunduma1968
    @desalegnhunduma1968 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Naman baay'ee jaalladhu gooftaan isaan haa eebbisu.Utuun qaamaan argee wajjin dubbadhee akkaman gammada.

  • @Abakosii6325
    @Abakosii6325 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Wow ebbifama❀

  • @burtukanasefa6069
    @burtukanasefa6069 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Hojiin Waaqayyo Dinqiidha Uumurii Dheera Nuf Jiradha❀

  • @SoromeolanaSoreee
    @SoromeolanaSoreee Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Ebbifaama umurii dheeraa jiraadha

  • @misganulegesse
    @misganulegesse Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    đŸ’˜đŸ’đŸ’–đŸ’—đŸ’“đŸ’žđŸ’•â€Eebbifamaa Nama Waaqayyoo!

  • @TamasgenTilaye
    @TamasgenTilaye Pƙed 3 měsĂ­ci

    Waaqayyo bara keessa haa eebbisu

  • @kasayediriba7892
    @kasayediriba7892 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Namni waaqayyoo ergamaan Garboolee Hirphaa waaqayyoo isaa wali akka hojjata ture afaan isaanirraa dhaga'e baay'een itti gammadee .yaa tahu malee taaskii egaatan deemu kan osoo namni hangaa danda''u walitti buuse konkolaataan biitameef.gaafa du'an walii boo'urraa gaafa jiru osoo wal gargarree gaarii nati fakkata dhiifama waliin

  • @AbdiA-zo6jn
    @AbdiA-zo6jn Pƙed měsĂ­cem

    Gerbole ewunetegna ye EGZIABHER barya nw!

  • @ilmaanoromiyaabaloo4239
    @ilmaanoromiyaabaloo4239 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Nama Waaqayyoo ani hedduu jaaladhu nuuf dhiyeessitan guddaa Eebbifama😍😍😍

  • @koketTomas
    @koketTomas Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Namaa ani bay'ee jaalladhu akkataa isaan gooftaa wajjiin jiraatanis dhugaa ba'uumsa isaan xinno ta'e dhaga'ee akkataa ittii gaa'ila argatanis (wa'ee haatatu fudha)
    umurii dheera nuuf jiraadha❀❀

  • @BiratuLemi
    @BiratuLemi Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Ajaayiba!

  • @irreessooderessaa3621
    @irreessooderessaa3621 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Rajjii Grboolee nama waqayyoo nuuf dhiyeessuu keessaniif eebifamaa.

  • @gutamafayera1380
    @gutamafayera1380 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    â€â€â€â€â€đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰ Eebiifaama....

  • @alexokelb2254
    @alexokelb2254 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    ❀❀❀❀.....Ephuuu galatoomaa

  • @diribehordofa4444
    @diribehordofa4444 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Nama dhugaa maloo kotaa bayee isin yadineraa

  • @ChalaEdae-ru4xd
    @ChalaEdae-ru4xd Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    waaqayyoo bara keessan haa ebisu

  • @user-gq2hb5ey3t
    @user-gq2hb5ey3t Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Ebifammaa umurii dheeraa nuuf jiraadhaâ€â€â€â€â€â€â€đŸ„°đŸ„°đŸ„°đŸ„°

  • @tesfayegemechu2092
    @tesfayegemechu2092 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Nama baayee jaalatamaa irraa baratamuudha dhugaatti

  • @zelalemjira4599
    @zelalemjira4599 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Miracle .......

  • @user-yr2gl2rz6i
    @user-yr2gl2rz6i Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Thank you

  • @user-cl2tl1sz3c
    @user-cl2tl1sz3c Pƙed 3 měsĂ­ci

    waw umurii dheeraadhaa

  • @35484
    @35484 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Bagumaan ijaan isin argge bayyen yaadan ture isin argguu nuf jiraadha umuurii dheeraa!

  • @DanielChalaEjeta
    @DanielChalaEjeta Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Eebbifamaa nuuf jiraadhaa

  • @GadisaKenea-pr3tq
    @GadisaKenea-pr3tq Pƙed 3 měsĂ­ci

    Nama harki waaqayyoo wajjiin jiru.
    Waaqayyoo bara dheeraa siniif haa kennu raajii.

  • @ILMAJIRATA
    @ILMAJIRATA Pƙed 2 měsĂ­ci

    Ayyaanni siin irraa jiru dachaan naa argatu.abbaa keessan baraa keessan hafee siinif haa eebbisu

  • @gadisah262
    @gadisah262 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Waaqayyo guddaadha

  • @RetaMosisa
    @RetaMosisa Pƙed 3 měsĂ­ci

    Ergamaa Jaallattamoo Nama Waaqayyoo, isa isaan yaadan waaqayyo haa qaqqabsiisu!

  • @AbdiwakNemera
    @AbdiwakNemera Pƙed 3 měsĂ­ci

    Namaa jalqaba kitaabasani guyyaa tokkoo dubbisee fixxe baay'ee namatti tola gooftaa isaan ha eebbisuu❀❀❀❀❀

  • @habtamukibebu7234
    @habtamukibebu7234 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Eebbifamaa!

  • @YomiyuBoressa
    @YomiyuBoressa Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    raajii Garboolee nama akkasii miti Warri gocha akkasii gootan dhiifama gaafachuu qabu

  • @MeseretEjerso
    @MeseretEjerso Pƙed 2 měsĂ­ci

    Gooftaan iyesus kiristos dabale isaan haa eebbisu

  • @user-do3lh2pn4w
    @user-do3lh2pn4w Pƙed 3 měsĂ­ci

    Wow Goftaa ammaa iyyuu umurii isaanii nuuf Haa dheeressu ❀❀❀ Efoo atii immoo galatoomii ❀❀❀

  • @DachasaDeraje
    @DachasaDeraje Pƙed 3 měsĂ­ci

    Nama Waaqayyo nuf kaasee kana barasa nuf haa ebbisuu waaqayyo

  • @megersamengesha1636
    @megersamengesha1636 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Yeroon gabaaba yoo ta'e illee Gazexxessaan waan namin irraa baratuu waan amanta nama hareessuu gafachuu hin dandeenyee garau kabajaa isaniif lateef garrammummaa keef waaqayyoo sii illee Raajjii illee haa eebsuu. Kan isanin waqayyoo hoojjetee baay'ee bal'a dhaa ati garu maal akka gafattuu illee sirritti hin qophofnee w3aan ta'eef sirreessi yoo kan irra deebi'a gafadha

    • @OIBTuludimtu
      @OIBTuludimtu Pƙed 3 měsĂ­ci

      Kutaan 2ffaa itti fufaa obsii

  • @Rizzyohioedits23
    @Rizzyohioedits23 Pƙed 2 měsĂ­ci

    Blessed

  • @KatemaBerhanu
    @KatemaBerhanu Pƙed 3 měsĂ­ci

    Waqaayyoo senaa namaa jijiraa

  • @user-bo2ny4tn7s
    @user-bo2ny4tn7s Pƙed 3 měsĂ­ci +2

    Very ,very ,very, very respect respect,respect,respect,respect man of God and jesus.I love you very much,I love you very much.I love you very much.â€â€â€â€â€â€â€â€â€đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰â€â€â€â€â€â€â€đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰â€â€â€â€â€đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰đŸŽ‰

    • @tamiruolika3877
      @tamiruolika3877 Pƙed 2 měsĂ­ci

      Waaqayyo umurii keessan nuuf haa dheeressu.Eebbifamaa.

  • @haramayauniversity3889
    @haramayauniversity3889 Pƙed 2 měsĂ­ci

    Eebbifamaa

  • @user-om5zm3cn3m
    @user-om5zm3cn3m Pƙed 3 měsĂ­ci

    Baay'ee Itti boqodhee namaa waaqayyoo ergamaa garboolee waggaan Kee siif haa dheeraatuu.

  • @TolosaHunde
    @TolosaHunde Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Ebbifamii dhugaa nama jaba,barbadama,nu fiddee

  • @dawitwaqtole2825
    @dawitwaqtole2825 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Our legend man of God nuuf jiaadha ❀❀❀❀

  • @ewunetufeyisa3111
    @ewunetufeyisa3111 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Nama eebbiffama !!!!đŸŽ‰â€â€â€

  • @dadyttoodedee2229
    @dadyttoodedee2229 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Dhugaadha ananuu naa mudateraa maqaa keessaanin kan daldalan bay,eetuu jiruu

  • @alemugaroma-mu8sq
    @alemugaroma-mu8sq Pƙed 3 měsĂ­ci

    Baay'ee gaariidha nuuf jiradhaa❀❀❀❀

  • @TeshomeKefena
    @TeshomeKefena Pƙed 3 měsĂ­ci

    Ergaa jabduudha eebbifami efuye

  • @abyya2271
    @abyya2271 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Barii keessaan haffee maqaa yeesuusiin haa ebbifamu nama waqqayyoo ebbifama

  • @mucawaqayoo8337
    @mucawaqayoo8337 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Waqayoo isin haa ebbisuu ebbifamaa đŸ„°đŸ˜ą

  • @ilmaanoromiyaabaloo4239
    @ilmaanoromiyaabaloo4239 Pƙed 3 měsĂ­ci

    Sin jaaladhaa dhaqi hoolotakoo naaf deebisii fi Yesuus ati dhiira kan jedhu santu na ajaa'ibaa ture Kitaaba seenaa Raajii Garboolee keessatti kan barreeffame keessaa. Ergama Sirrii dhugumaan kan baay'ee nama raajudha. Nama fooniiti jechuun baay'ee namatti ulfaata.

  • @diribehordofa4444
    @diribehordofa4444 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    ❀❀❀

  • @user-gu6cf5by1m
    @user-gu6cf5by1m Pƙed 3 měsĂ­ci

    Waaqayyo bara kessan haa ebbisuu nama waaqayyo

  • @fureetube5651
    @fureetube5651 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    ❀❀

  • @RrEr-oj3jr
    @RrEr-oj3jr Pƙed měsĂ­cem

    Maloo adara wa'ee seena taajajilaa keenya obbo Garboolee kan bareeffamee eessa argadha naattii hima adaara

  • @leliseabdisa3666
    @leliseabdisa3666 Pƙed 3 měsĂ­ci +1

    Maaloo farfataa Roobaa Amaanis nuu barbaadi

  • @Megersateferi
    @Megersateferi Pƙed 2 měsĂ­ci

    Woooow

  • @sarahhatagag4857
    @sarahhatagag4857 Pƙed 24 dny

    ❀❀❀❀❀❀❀❀❀

  • @Dawitbyra
    @Dawitbyra Pƙed 3 měsĂ­ci

    ❀❀❀❀❀