‘Waggaa 16n booda wal argan’
Vložit
- čas přidán 28. 10. 2023
- Raachee Tasfaayee Oromoota miidiyaa hawaasaa irratti beekaman keessaa isa hangafa miidiyaa hawaasaa Tiktok jedhamu irratti hordoftoota Kuma 640 ol qaba dhimmoota garaa garaa irratti viidiyoo hojjechuun beekama. Seenaa jireenyaa fi guddina isaa irratti gaaffii fi deebii geggeessine daawwadhaa.
Gammadaa Show is first of its kind in Afaan Oromoo to be broadcasted on National TV, ETV Afaan Oromoo every Sunday night at 3:15 local time for 40 minutes.
“Gammadaa show” is a late-night show which stars the host Gammadaa Olaanaa and different guest lists ranging from, artists, political figures, people in different leadership positions and influencers. In our talk show, the guests are asked to share about their life experiences in an entertaining are catchy manner.
#Rachee #Rache #RacheTesfaye #Rachuu #Tiriidentii #Girggirrii #OromoTiktok #drnafyad #numaan #oromomusic #oromoo #GammadaaShow #Gammadaa #Yosan #Balagizee #Galaanaa #guutuu #Show #latenightshow - Zábava
Raachuko dhuguma ati nama jabaadha. Adaraa keessaa nama tokko miidiyaa hawaasummaa qofa irratti waan beektaniif waa’ee isaa kana jettanii hin tilmaaminaa. 😢
Dhugaa keeti dr 😢😢😢
Dhugaa jeetan Dr
Dhugaadha keeti
Dhugaa jetee Dr😢😢❤❤
Dhugaa jettaanii Dr keenyaa❤❤❤❤❤❤❤🎉
Namnii akka koo rache jalataan like nagarsiisa ❤
Me ❤
እኔ ስገምተው የነበረ እናት አባት ኖሮት በጥሩ ሁኔታ ያደገ ይመስለኝ ነበረ የሚገርም አሳዛኝ ታሪክ ነው እናት አባት ወንድም ነብስ ይማር ጎበዝ በርታ ወንድም
እናት እና አባቱ ናቸው የሞቱበት
ምድነው ሚለው ግን😢
@@selamselam9188አንድ እህት አንድ ወንድ ነበረው እህትየው በማደጎ የት እንዳለች አያውቅም ወንድሙ ሞተ እናት አባት በልጅነታቸው ሞቱባቸው እህትየውን በቅርብ ቀን ለብዙ ዘመን ሲፈልግ ቆይቶ በቅርብ ጊዜ አገኛት ውጭ ነው ያለችው አሳዛኝ ታሪክ ነው ብቸኛ ሆኖ እራሱን በእራሱ አስተምህሮ እዚህ ደረጃ መድረሱ ነው
Rachee koo nuf jiradhuu oro koo hamtuun si hin argin rabbi saa eguu mee wari rachuu bayye jalatan like godha
Don't judge a book by its Cover isa jedhan asi irraa baradhaa guy's👌👌🙏🙏
That’s right bro 😎
Yeah
Wow, Rache journey to find your sister after sixteen long years is truly heartwarming. It's stories like these that remind us of the enduring strength of family bonds and the power of determination. I'm deeply touched by your reunion. Congratulations to you on this beautiful moment of finding your sister!
❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😢😢
What a heartbreaking story, When I heard about it I couldn't sleep, God is great and he has lead you to your successful life.
Ajiba dhugaa rabi
😢😢😢
Yeah very heartbreaking 💔 story
I can imagine how challenging the situations you pass through are! Your dedication and effort toward your goals are huge lessons for all of us! Finally, you made it congratulations on your success.
Rachu kolfuu malee , nama rakkoo tokko argee hin se'uun ture. Nama alaa isaa ilaalte madaalun ...... Baga Waaqayyoo si gargaare obboleessa kiyya ❤❤❤
Waqni obbolletike sif mullise haa ulfaatu ❤ anis Abdi horaadhe obbollesako bade akkan argaadhu😢😢😢 Bayye Nama dhiba hojin waqayyooo❤❤🎉
Waqqayyoo siif haa mulisu
Waqayyoo sif Haa mulisuu abashir
Obsii waqqayoo jiraa❤
Uuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭Sennaa Aja.iibaatii jabbaa Akkanaa Oromon qabachuu Calaa wantii Namaa Gamachiisuu hin jiruu Galatomii Nuuf jiradhuu Rachee dhugaa bayee tokko barumsaa guddadhaa Of kesaa qabaa ❤❤
Heart breaking story 😢, but so happy to see him overcome that tough times. Such a strong man Rachu is, dhuguma jaba namati Rachun.
I watched Rachu's interview with tears in my eyes!. Rachu is the hero of the century! I'm so impressed with you. I have received input from you for my future life......Garmaamu Tola.
Rachu, I really felt like crying when you talked about your life history. You are such a strong person
🎉woww Rachit koo cimaa namaa ❤❤❤😂
Rachukoo, I'm so humbled🙏I'm so so proud of you! You're such a brilliant young man! Wish you even more success! Much love🥰
Waan baay'ee sirraa barachuun ni danda'ama Raachuu,dhuguma ati Tiridantii Oromooti!❤❤❤
One of the best interviews. I love both of you, and I am so proud of you both. Rache I have even more respect for you now.
Can't wait😍
I was watching this show with tearing 😢rachuu tiyya the journey of finding your self and your sister is so emotional
Really amazing history,it was very painful and difficult challenges. Nobody can bear these all challenges....❤❤❤
Really touching story Rache!
I’m happy for your union with your sister.
Proud of you guys!
Woow im just speechless Raachu. U are the one who live this generation life standard. U deserve more dear👏👏🥰
"Waaqayyo na kiisuu barbaade natti fakkaata" Amazing speech❤
Rache..what a heart touching life experience you have come across! Amazing! Jabaadhu haadhoo Koo!
❤❤ራቼ የሚግርም ታሪክ ነው እግዚአብሔር እንካን ለዚህ ደርጃ አደርስክ በርታ እግዚአብሔር ከአንተ ጋር ነው ትልቅ ቦታ ትደርሳለክ
ምን ሆኖ ነበር ውዴ
ራቹ ወደድኩህ በጣም ወደድኩህ እንደዚህ ሾው ተመስጬ ያየሁት ሾው የለም እባክህ የህይወትህን ወጣ ውረድ በመፅሐፍ ፃፍ አስተማሪ ታሪክ ነው ወጣት ከዚህ ካልተማረ በምን ሊማር ይችላል ጀግና ወጣት
እግዚአብሔር ረጅም እድሜ እና ጤና ይስጥህ አይዞህ ከባዱን አልፈሀል ቀርዉ ዘመንህ ያማረ ይሆናል
Uuffeee Raachee Waaqayyoo Jireenyaa Ittin Gammadduu Siif Ha Kennu Abshiir ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😭😢😢
Light-hearted, funny, smart and strong person. Your story is heartwarming and inspiring 🥰 Jabaadhu.
Congratulations, very happy for you and proud of you!May God continue to bless you ❤❤
Wow this Adorable things!!
Rache Oromo Legends
We are proud of you!
Oromoko
Baga gooftaan si gammachiise raachuu ❤ jabaadhu waaqayyoo beekadha seenaan kee baayyee ulfaata 😢😢
Dhugaa imimmaan qabachuun dadhabe. Raachu irraa waan baay'eetu baratama. Si jaallanna ❤❤
I am so proud of you Rachu. I didn’t expect as you passed those all challenges. For the first time I am compelled to listen the whole of this your interview and this channel. 👏 👏 👏
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉 Rache. Finally your prayer is answered. I appreciate your tireless effort to get your sister.
"garmaamu tola" Really thank you Gamme and Rachu!
I was emotional throughout this interview and amazed how strong Rachu is . God is great.
Wayyoo hadhoo koo umurii dheradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
This interview made me not to judge peoples by their appearance,specially on tiktok.
Rachu you are really brave man.
You’re really trident for Oromo,
Oromon si jaalachuuf sababa gudda qaba
Rachu, I really felt like crying when you talked about your life history. i dont have word for you may god bless you on all of your dream
This is so heart wrenching. You will shine through out the rest of your life. Thank you for sharing your story ♥️.
What a powerful strength🥰🥰🥰Garmaamu Tola! Albuuda keenna😍😍
በጣም ይገርማል ራቹዬከጥበቁክ በላይ ጎበዝ ነህ የበለጥ አከብርኩክ ወድድኩክ❤❤❤😊
Very painful story may allah bless you always 😢😢😢 you're strong enough to survive the journey ❤❤❤❤❤❤❤
Garmamu Tola😁Welcome Rache🥰
Rachee koo sena addaatii dhugaa dubachuf darbii jiradhaa 😢😢😢😢❤❤❤❤
Very inspiring story!
Amazing story! I’m proud of you!
Wow this is an amazing interview ever! Rachuukoo I’m so happy for you, that you found ur sister . you are such a smart, young man and a very intelligent.
Bagaa Nagaan dhuftan Gamme Rachee Garamamu toltu ❤❤❤❤❤
Congratulations Very Happy For you Baga Gammade Rachuu ❤❤ good job 🙏🙏🙏🥰🥰🥰
❤❤❤Really amazing and motivating
Im really inspired, thank you both🥰
He faced heartbreak, loss, and disappointment, yet he refuse to let these experiences define him. He rose above his circumstances to embrace the beauty that life still has to offer. Rache, you are force to be reckoned with. I can’t wait to see what the future hold for you 💪🏽
❤❤❤
This is an awesome Gamme , inspiring story.
Maaloo Namoonni Gammadaa Show daawwattan hundumtuu subscribed godhaa ❤❤❤❤
You passed through incredible journey to find your sister,huge congratulations.
Rache jabaa namaa 🙏🙏🙏
Congratulations Rache.You proved me you're really 'Trident'.God bless your future.
An amazing life journey with commitment!
Maashaa Allah l❤❤❤
The best interview of all gamee .rachuye appreciate u ❤️❤️
Baga gammade Rache 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
OMG really your story is make me cry you are Best of best I proud of you 💕💕❤❤
Amazing interview ❤❤rache congratulations 🎉
Wow Rachuukoo , I really feel your pain because we lost our mum and dad when we were very young. Yeroo hasoftuu ofiin ilalla ture.baga waqnii dhumaakee barechee hadhookoo. Iam so happy to see you in better place 🙏🥰
Garimamuu tolaa Rachuu tiridentii Oromo👏👏🥰🥰🥰😍😍
Ijaa namaa haargiteeni tilmaamuuni baayyee ulfaata Rache nama haaja'iba jaabbaa obbooleti kee ijaa nagaa wali sin haargisisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊
Much more respect. You are the king of resilience! You should proud of yourself buddy!
Wayii Rachuye baga Gammade Baga Gammanne concentration dhuga Ati Nama Jabadha wwww🎉❤❤❤
Senaa bayee garaa namaa nyatuu 🥲 rachee darbii jiradhuu amalee 🥰🥰
Thank Gammadaa & Rachee
Wooow bro rachiye I apriciate you.Your history is message full God bless you❤
OMG የሚገርም ታሪክ እግዚአብሔር ከዚህ በላይ ያሳካልህ
This is what the I appreciated a lot Rache thanks gammada show 🎉❤
Rachee koo dhugaa ati nama jabadha
What an Amazing story... dhugaaa proud of you bro 👏👏👏
I appreciated much!!!
Anilee seenaa akkasin qaba guyyaa tokko dubbaadhaa❤
Awesome interview.
Interesting!
I’m speechless that you are so strong and incredible! Keep going…..
Amazing interview.Rache is great man!
You are amazing
I’m so proud of you Rachu koo . You are strong person. I can’t wait to see your success in the future.♥️
❤
Wow amazing show
With wonderful person 💕
Congratulations Rachu baga milkoofte🎉🎉🎉.
Garmamuu tolaa,foon hadhaakoo.
Welcome,I can't wait.
Baga gamadee masha Allah
Wowowow Rache baga waqayyo si gamachisee Dhugaa dubachuuf obsaan dhagefachuun dadhabe gababumatii bagaa waqayyo si gammachise ammas waqayyo ijaan wal isiin ha agarsisuu ❤Rachu qalii Oromoo long live
My Goodness, keep shining bro 🥺❤️ Waaqni humna siif ha ta’uu kana caalaa!🙌🏽
❤❤Stay blessed bro! Strong, committed and dedicated guy Rachu! 🎉🎉🎉Brave man!!! 😮
Respect!!!
heartbreaking story but congratulations on going through it Rache
Garmamuu tola Rachee tiridentii keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Uuuuuffff Rachee garan na hammatte dhugaa Baga har,aa geesse nama jabaadha ati dhugaa ❤
Ayiiiiiiiiiiiii ani mucaa kana waan qananiin guddate natti fakkaata ture. ati jabaa namaati. kana hunda dandamattee bakka kana gahuun kee really really proud of you. osoon dhaggeeffadhu imimmaan kootu narra dhangala'e.
kana booda toktok kee sirriittan hordofa.
Rachu Congratulations 🙏😍 Baga Gammadde ❤🎉
Uuuufffff haadhakoo Dhugaa waaqayyoo bagaa waaqayyoo gooftaan sii gargaree bayyee naa boo'ichistee😭😭😭 bayyees naa gamachistee ati leencaa❤
❤
Jabaa nama! Don’t judge book by its cover kan jedhatu kana dhugaa! Yoo ati kolfitte burraqxee taphaatu jireenyi kee guutu akkasuma nuti fakkaata! I like your dedication and determination Rachee! Congratulations on your reunion with your sister! Hope you meet her in person soon 🎉
Maashaa allah❤😢😢😢😢
Raachee dhugaa rabbii jireenya ulfaatu dabarsiite
Akkasuma waan itti dhiphaata turteesi argattee milkoofte jirtaa bagan gammaddee Congregation ❤❤
Akkasuma bagan nama jabaa fi foon koo taatee Leenca koo ❤
ጀግና ነህ ፅናት እንዲ ነው ወንድም ተባረክ