Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa ‘’Roorroon Amantii hin qabdu’’ Gammadaa Show Episode 22 2023

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • Raayyaa Abbaa Maccaa Barsiisaa amantii fi qabsaa’aa Oromoo jabaadha, sagantaa kana keessatti #GammadaaShow irratti dhihaatee waan ajaa’ibaa dubbateera caqasaa
    #Raayyaa #RaayyaaAbbaaMaccaa #Maccaa
    #gammadaashow
    !

Komentáře • 1,3K

  • @mullerwest7856
    @mullerwest7856 Před 8 měsíci +63

    Haasaan Kabajamoo Ustaz Raayyaa Abbaa maccaa Utuu Akka dammaa natti miyaa'uu dhume. Nuuf jiraadhaa Hayyuu fi Qaalii namaa🙏
    Gammee Ati hedduu galatoomi nama kabajamaa Akkasii nuuf dhiyeessuu keef. Jabaadhu🙏

  • @ibrishaajm7224
    @ibrishaajm7224 Před 8 měsíci +97

    “Waal beeku dhabuun; waalif beeku dhabuun; waliin beeku dhabuun; waalin deemu dhabuun, Arbaa Kurupheetti hirkisaa!” Raayyaa Abbaa Maccaa Umrii nuf dheeradhu!❤❤

  • @abseoro2215
    @abseoro2215 Před 8 měsíci +137

    Masha allah ustaz rayyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ goota haati deesse warri akka koo jaalattan like godha❤❤

  • @NajashQassimhusn
    @NajashQassimhusn Před 8 měsíci +37

    Hasa gotaa kana namni aga dhuma dawatan like xuqa nugarsisa ani gutusan ilale qufun dadhabe umurisani nuf hadheresu Rabin game atis galatomii ulfadhu ❤❤❤❤❤❤

  • @birraatube1942
    @birraatube1942 Před 8 měsíci +18

    Arraa Baayyee Sittii Gammaddee Gammada Galatoomii Oromoo Miliyoona 60 Bakkaa takkatii nuuf Aferruu keetiif Raayyaan Nama Tokko mittii ❤

  • @Eyoss
    @Eyoss Před 8 měsíci +36

    An incredibly wise man❗
    A bridge of generations ‼️

  • @tameosmantameosman1631
    @tameosmantameosman1631 Před 8 měsíci +47

    Welcome gammee❤
    Nama garraamii kana baga nuuf fidde. Vedia an hawwii guddaan eegaa jiru.
    U/raayyaa barsiisaa dhalootaa❤❤

  • @bilisakeneni921
    @bilisakeneni921 Před 8 měsíci +4

    Atii dhugumaa raayyaadha dhugaa rabbii waan hedduu sirraan baradhee nama jechuun nama akkaa kessanii jechuudha. god bless you. you are oromo gifti. Atis gammee galatomii siin jallaadha sababnii isa nama waan baayee namaa barsiisuu yeroo hundumaa nu afferuu keef

  • @user-lb1zq2lh1g
    @user-lb1zq2lh1g Před 8 měsíci +51

    Rayya AbbaMecha;
    The icon of humanity. Big respect my Hero

  • @SabboonaGammachuu-mu5bn
    @SabboonaGammachuu-mu5bn Před 8 měsíci +9

    Raayyaa jeechuun Nama giitaa hin qabnee gootaa haaftee goototaati jaalallii isaaf qabnuu daangaa hin qabuu❤❤❤❤❤

  • @solomongutema8596
    @solomongutema8596 Před 8 měsíci +24

    UStaz Rayya Abba Maccaa: GREAT MAN, WE LOVE YOU SO MUCH!!!!!!!!!!!!!

  • @IfaSolomon-yp9qk
    @IfaSolomon-yp9qk Před 8 měsíci +4

    Nama jabaa oromoon qabduu keessaa tokkoo raayyaadha nuuf jiraadhuu sin jannaa🥰🥰🥰

  • @zinabukufaofficial5808
    @zinabukufaofficial5808 Před 8 měsíci +12

    Ustaz Raya Abba Mecha is the legend historian ,humble person and knows what he talking appreciate appreciate Gemeda for inviting him to this stage keep it up we need such kind of peoples.

  • @megehuss
    @megehuss Před 8 měsíci +10

    Ustaaz Raayyaa 'uuuf... I have no words how to Express him, he is just a leader, knowledgeable and very humble person. Rabbii jechan si jaalladha ustaaza koo!

  • @vivip-hu3li
    @vivip-hu3li Před 8 měsíci +5

    Ustazaa keenyaa rabbii umurii nuuf hadheeresuu ishaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤abbaa.hiiyeesaa abba biiyaa keenyaa abba. Oromoo hudaa❤❤❤❤❤Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah

  • @sebontuabdo6602
    @sebontuabdo6602 Před 8 měsíci +15

    Big respect 🫡 May Allah bless our Rayya with loads of blessings & success.

  • @Muhee591
    @Muhee591 Před 8 měsíci +14

    Wel come gammee
    Ustaaz keenya kabajaamafi jaalatama Ustaaz Raayyaa Abbaa Mancaa ❤❤❤Baga nuuf fiddee Hawwii guddadhan live Seene issin Eeguti jirra ❤❤✅️✅️
    Gammadaa Show ❤

  • @Ardiimedianetwork
    @Ardiimedianetwork Před 8 měsíci +3

    🎉 Masha'allah Ariibu, Nooru Jenne Usts Raayya Abbaa Maccaa, Gammee Galatoomi hayyuu fii sabboona Usts Keessuma taasifte dhiheesu keefi🎉🎉🎉🎉🎉

  • @abdulaziznureddiin5466
    @abdulaziznureddiin5466 Před 8 měsíci +19

    Maasha'allah tabarakallah ❤❤❤❤

  • @kaleiften1659
    @kaleiften1659 Před 8 měsíci +6

    Long life for Ustaaz Raayyaa thank you!!!

  • @EbisaAdugna-lj1li
    @EbisaAdugna-lj1li Před 8 měsíci +14

    “ Hodhika in hodhinaa nu lachuutu jalqabe
    “ Obsika in obsina nu lachuutu wal dhabe!”
    .
    .
    .
    # “ Namni dhugaadhaa kami
    Akeekkattu naa himi
    Waamsaan wallaale
    Madaalee naan galle!” ....
    Sirboonni isaa duriiyyuun ergaa guddaa qabu.
    We love him so much!

    • @user-ys4oi1mj2b
      @user-ys4oi1mj2b Před 8 měsíci

      maashaalah

    • @hamzTv2
      @hamzTv2 Před 8 měsíci

      youtube.com/@RaayyaaAbbaamaccaaofficial?si=XzVf8zUQulKVqhxZ

  • @aymohussein2061
    @aymohussein2061 Před 8 měsíci +1

    Raayyaa abbaa Maccaa Hayyuu OROMOO gamna namaa ti ! Nama namooma qabu , sab-boonummaa guddaa qaba. Rabbi sodaa ta. Nuuf jiraadhu . Risaa multimedia galatoomaa

  • @bm6056
    @bm6056 Před 8 měsíci +11

    Big respect to y’all 🥰🥰amazing job 👏👏

  • @AbdiiMahamad-ch4gn
    @AbdiiMahamad-ch4gn Před 8 měsíci +3

    Wow ustazaa Raayyaa abbaa maccaa bayyee nama sammuu qabesaa fii nama ummataa oromoo birtii jalatamaa

  • @aminajaro4283
    @aminajaro4283 Před 8 měsíci +4

    Bagaa nagan dhufatan utstazaa kenyaa qaali rabbi umurii keessan nuf haa dheresu ustazaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdurahmansano6705
    @abdurahmansano6705 Před 8 měsíci +2

    yaa rabii namaa nagahaa nuf umtee nu garsisiiftee rayyaas namaa kana goote .yeroo jalqabaati namaa rakkoo baale fi qamadii baale dubaatu hardhaa argee yaa rabii

  • @amanejawaro8825
    @amanejawaro8825 Před 8 měsíci +3

    Mashaallaa Mashaallaa ❤❤❤❤❤

  • @sumeyagebewo1591
    @sumeyagebewo1591 Před 8 měsíci +2

    long life Ustaaz keenya. umrii harraageessaa siif haa kennu.

  • @user-ut1gi4re3x
    @user-ut1gi4re3x Před 8 měsíci +3

    Wow mashaa Allahaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @lammamagarsaofficial3847
    @lammamagarsaofficial3847 Před 5 měsíci +1

    Kabajamo keenya umrii dheertu Rizqi bal'o woliin Rabbi isin ha jiraachisu🥰🥰

  • @befekaduwirtu6262
    @befekaduwirtu6262 Před 8 měsíci +19

    Dear Obbo Gamada I am very happy to know your show and your guest Ustas Rayaa. We need too many generous and sympathetic Oromos like him. Please put in your note Arjoo town in Walagaa whose people are suffering of shortage of water. Since the city was established on the mountain and no river near by all seniors who have no support and kids have to go long way to fetch water. Arjoo once was the capital of Walaga and relegated to Awuraja and more down to warada. For your surprise we have referral Hospital with no running water. So you can guess about the clearness of this hospital. I would like to ask dear Ustas Rayaa to visit Arjoo and see himself the situation in Arjoo without running water. Thank you for your attention.

  • @Khadija-xf9vb
    @Khadija-xf9vb Před 8 měsíci +2

    Goota keenya nuujiraadhu Rabbiin hamtuu sittiii haqabu Gammadaa galatoomi ulfaadhu Qaalii keenya nuu dhiheessuu keetiif Wollaahii tasan gammade❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @amirkemal
    @amirkemal Před 8 měsíci +10

    Gaammee Atilleen nama dubbachiisanii irraa dhaloonni barnoota guddaa fudhachuu danda'u kana Affeeruu keetiif galatoomi💕🙏💕
    Keep it up the Good work 👏 👍

  • @metiburussie8973
    @metiburussie8973 Před 8 měsíci +1

    Oroomoof Jiradhaa Rayaa Abaa Macca wagaa kumma rabii isinhaegeu. Dhugaa bayee natti toluu, anii christanaa.Oromoon bonuu qabaa namaa akkasii qabachuusaatii.❤❤

  • @shagekalifa5189
    @shagekalifa5189 Před 8 měsíci +5

    Nama garii nuf jiradhu Rabbin umrii kee nuf haa dheressu insha’aallah ❤
    Gamme Atilee nuf jiradhu❤

  • @W-qalii
    @W-qalii Před 8 měsíci +1

    Rayya koo qalii kenyaa Nuf jiradhuu waga kumaa calaa 🎉🎉❤❤love you tuu ❤

  • @jituuintalaaarsiilixaashas9956
    @jituuintalaaarsiilixaashas9956 Před 8 měsíci +4

    Dafii gadii dhisii maloo hagaa dhagefadhufi mudamee jiraa ❤❤❤❤rayyaa koo ustazaa koo barsiisaa koo hayuu koo jalatama koo urjii koo dr koo hubataa koo beekkaa koo abbaa koo gotaa koo malumaa jedhaa kaa nafi hanqatee waan jedhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-rw6cx8op5l
    @user-rw6cx8op5l Před 8 měsíci

    Beekaa beekumsa akka bahaaraa umrii dheertuu fayyaa guutuu isiniif haa kennu🥰🥰🥰 Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa

  • @AbdulfetahAliyi
    @AbdulfetahAliyi Před 8 měsíci +5

    Rayyan nama jaba ummata kennaf rabbi kenne umri nuf dherdhu❤

  • @user-pj4su3rl5s
    @user-pj4su3rl5s Před 8 měsíci

    Haayuukoo bekkaa rabbinkoo adunyaa badhaaseee rabbin umrii nuf dheraadhuu abbaakoo abbaakooo❤❤❤❤❤

  • @dabalebonsa1138
    @dabalebonsa1138 Před 8 měsíci +7

    Raya is such a brilliant person. Thank you Gemeda show. I love both of you.

  • @oromia5023
    @oromia5023 Před 8 měsíci +1

    Mashallah tabarkala Rayya Abbamaca nu jiradhu wagga dhidha

  • @user-tw6ks6fp8e
    @user-tw6ks6fp8e Před 8 měsíci +11

    WOW!❤❤❤❤ NAMA JAALLATAMAA...USTAZ RAAYYAA....❤❤❤❤

  • @sinbboowallaga5329
    @sinbboowallaga5329 Před 8 měsíci +1

    Maashallaa Ustaaz Rayyaa Rabbi umurii dheraa isinfi Haa kenuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kiyademe9510
    @kiyademe9510 Před 8 měsíci +10

    What a brilliant mind he has.

  • @ahmedabdellaahmed4254
    @ahmedabdellaahmed4254 Před 8 měsíci +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤umrii isaa rabbiin nuuf haa dheereyssu ustaaz raayyaa abbaa maccaa!! Abbaa miskiinaa❤❤❤❤❤

  • @TolchiTolcha
    @TolchiTolcha Před 8 měsíci +35

    He is not only a religious scholar but also a linguist

  • @wakgarileta4859
    @wakgarileta4859 Před 8 měsíci +1

    nama yeroo hundaa ajabsisadhuufi hedduu jallaadhu RABBII fayyaa gutuufi umurii siifi ha kennu

  • @kiyademe9510
    @kiyademe9510 Před 8 měsíci +4

    I always love and respect this guy/Ustaz Raya Aba Mancha

  • @Sofi-937
    @Sofi-937 Před 8 měsíci +2

    Hambaa Goototaa
    Ustaaz Raayyaa
    Our Icon
    Our pride
    Umrii nuuf dheeradhaa!!
    Isin jaalanna!!

  • @kiyyarabirra2242
    @kiyyarabirra2242 Před 8 měsíci +6

    Best of the best rayya the icon of humanity ❤💯👏

  • @besaasder7707
    @besaasder7707 Před 8 měsíci

    Waqayoo umurii kesani nufii haa dherasuu dhuga nama bayee kabajufi jaladhuu oromoni hudii osoo akka isani tee baye nama gamachisuu❤❤❤

  • @qaaliitube5
    @qaaliitube5 Před 8 měsíci +8

    Raayyaa, Raayyaa ittisa Oromoo❤

  • @user-pc6vu9cn7v
    @user-pc6vu9cn7v Před 8 měsíci +1

    Mashaa alah nuuf jiradhuu ustzaa kenaa nuuf jiradhuu❤❤❤

  • @user-nf5nd5pg5h
    @user-nf5nd5pg5h Před 8 měsíci +4

    You have a positive idea, and he is important for oromoo unity ❤❤❤ umrii nuuf dheeredhaa❤❤❤

  • @hotesatukuukuye
    @hotesatukuukuye Před 8 měsíci +1

    ❤🎉 Bargaage jechuun Loqoda Gara Gujiitti Banqaaqe jechuudha.
    Banqaaqe jechuun mukni tokko guddatee sadarkaa gaaddisa namaaf ta'uu yommuu gahu.

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 Před 8 měsíci +24

    Welcome Ustaaz Raayyaa Abbaamacca ❤

  • @user-xc1jz5jb4u
    @user-xc1jz5jb4u Před 8 měsíci

    Dhuga waqayo utu namni aka kesan kun bayen jirate oromo as jiru ture jiradha ❤️❤️😍❤️

  • @ejerohuss6889
    @ejerohuss6889 Před 8 měsíci +4

    Iconic, genius, definition of metamorphosis. I LOVE RAAYYAA for us

  • @EUCtv
    @EUCtv Před 8 měsíci +1

    Namaan jaalala addaa qabuuf..nuuf jiraadhu Rayyaa koo!!

  • @DavidDavid-eo1lz
    @DavidDavid-eo1lz Před 8 měsíci +4

    I am watching for the first time.
    Congratulation🎉
    ያው ልክ እንደ ለመደችው OMNን የዘጋቺው OPDO እናንተንም እስከምትዘጋ ድረስ የኦሮሞ ህዝብ የሚያየው እና እሚስማው በማግኘቱ ደስ ብሎኛል።
    በርቱ

  • @tiyyaabona6830
    @tiyyaabona6830 Před 8 měsíci +1

    Rabbii umrii issanii haa dheresuu ❤ustazii rayyaa kennaa

  • @muaazabdirahmaan3806
    @muaazabdirahmaan3806 Před 8 měsíci +6

    Yaajabaa fi qaali saba isaafi biyya isaa 🎉wecome baga nagahaan dhufte 🎉Raayyaa Abbaa maccaa🎉dafaa gadi dhiisaa video❤

  • @nuriyaboqojji
    @nuriyaboqojji Před 7 měsíci

    Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa jalaatamiif kabajaama nama Umrii nuuf dheeradhuu Fayyaa woliin ❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰😍😍😍😍😍

  • @lulu-lu9kr
    @lulu-lu9kr Před 8 měsíci +3

    in this show i see 2nd person from ur guests very smart persons let u invite such kind of smart guys

  • @RELFCTE
    @RELFCTE Před 8 měsíci +1

    I' Love ustazi rayyaa

  • @abduebro7229
    @abduebro7229 Před 8 měsíci +7

    My Dad ❤

  • @waliifbirab3259
    @waliifbirab3259 Před 8 měsíci

    Umurii dheertuu fayyaa guutuu nuuf jiraadha Ustaaz Rayyaa Abbaa Maccaa jabaa keenya🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @redwan3881
    @redwan3881 Před 8 měsíci +3

    Maternity court what a great interview thanks for both of you ❤❤❤❤❤❤

  • @user-gx1rv6do4l
    @user-gx1rv6do4l Před 8 měsíci +1

    Gamadaa show bayen hordofaa gammee yerroo itti anuu dhifamaa wajin paster gabbii mucaa shashamanee sani nuf dhiyees

  • @dinaraas3164
    @dinaraas3164 Před 8 měsíci +6

    Welcome Ustaaz keenya jaalatamaa fi kabajamaa Raayyaa Abbaa Maccaa ❤❤❤

  • @Abse4
    @Abse4 Před 8 měsíci +1

    Our hero ustaz raya aba meca

  • @AniyaaAagaroo
    @AniyaaAagaroo Před 8 měsíci +3

    Maashaalla❤❤❤❤❤❤❤

  • @BoonaaTube662
    @BoonaaTube662 Před 8 měsíci +5

    Gammada showa hedduu sitti gammanne har'a jabaadhu❤

  • @Zeyadhalo6
    @Zeyadhalo6 Před 8 měsíci

    Gammadaa Olaanaa Jabaadhu ❤❤❤❤ Raayyaa Abbaa Maccaa Abbaa Saba Keennaa Ti ❤️✅ Galatooomiii Ulfaadhu 💯✅ ❤️❤️🥰

  • @Abdumobileapp5218
    @Abdumobileapp5218 Před 8 měsíci +6

    ❤❤❤❤gammadaa show ❤

  • @foziyaamuktaar7434
    @foziyaamuktaar7434 Před 8 měsíci +1

    Ustaz koo qaalii baga nagaan nuuf dhuftee

  • @Sinaafbaale525
    @Sinaafbaale525 Před 8 měsíci +3

    Rayyaa ko❤❤❤❤❤ Abbaa keenya😢❤❤❤ Umrii nuuf dheerradha Jabbaa keenya Kabajamaa ko Abbaa miskiina ❤Yaa rabbi Umrii nuuf haa dheerressi😢❤❤❤❤

  • @ziyadamii
    @ziyadamii Před 8 měsíci +1

    Maashaa'allaah ustaaz Raayyaa Galatoomi!

  • @user-dc6jr7ff9l
    @user-dc6jr7ff9l Před 8 měsíci +3

    Perfect program thank you

  • @KwKwt-tj9kz
    @KwKwt-tj9kz Před 8 měsíci

    Rabbii umrii issaa nuu hadheresuu mashaa Allah Mashaa Allah Abbaa nama hundaa ❤❤❤❤❤

  • @sabriSabri-kq4lz
    @sabriSabri-kq4lz Před 8 měsíci +7

    Rayaa abba macaa jalatama nama ❤❤❤

  • @user-ww5em6wv1w
    @user-ww5em6wv1w Před 8 měsíci

    Maashaallaah maashaallaah tabarakall ustaz kenyaa rabbii UMURII keessan nuu haa dherasuu

  • @gurmes486
    @gurmes486 Před 8 měsíci +3

    Big respect!

  • @rahmarah8692
    @rahmarah8692 Před 8 měsíci +2

    Masha allah tabarak allah jabaa kenyaa ustaz rayyaa abbaa maccaa rabbin umuri kessan nuf ha dheressu kabajaf jalala guddaa isiniif qabnaa nuf jiradha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @zelalemtesfaye1369
    @zelalemtesfaye1369 Před 8 měsíci +4

    One of the enlightened persons of our time.

  • @nurabonsa9387
    @nurabonsa9387 Před 8 měsíci +1

    Masha Allah Nama Ajaa'ibaa

  • @user-xc1jz5jb4u
    @user-xc1jz5jb4u Před 8 měsíci +8

    Baga naga dhufte ❤❤❤

  • @hfhjjgghh9753
    @hfhjjgghh9753 Před 8 měsíci +1

    Wo wo Mashaallaa Mashaallaa ❤🎉

  • @hugeautumn3386
    @hugeautumn3386 Před 8 měsíci +4

    Respect 🙏

  • @user-ly2je8xz6n
    @user-ly2je8xz6n Před 8 měsíci

    Rabbi umrii isin haa dheresuu qaliwani Oromoo

  • @TgBacha-cb4ys
    @TgBacha-cb4ys Před 8 měsíci +4

    Wwwoooww Amazing my king Rayya long life🥰🥰🥰🙏🙏

  • @user-bg1oi4sg6n
    @user-bg1oi4sg6n Před 8 měsíci

    Rayyaa jechuun nama malii akka jedhee isaa ibsuu hin qabuu bayy'ee sii jalannaa nuuf jiradhuu abba ♥️ nama hundaa kan addan nama hin bafnee nuf jjiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jeolee7288
    @jeolee7288 Před 8 měsíci +3

    Game - In your TV show, ensure you approach interviews with humility, not placing yourself above your guests. Focus on preparation and deep research about your guests to uncover insights beneficial for your audience, discussing their dreams and achievements. You've made notable progress. Additionally, it might be beneficial to refrain from using 'cheers' .

  • @hasenatabas7190
    @hasenatabas7190 Před 7 měsíci

    Maasha Allah Rayyaa Kenya umurii nuf dheeradhu qaali !!
    Gamadaa atis galatoomi

  • @user-kh7we8rr5x
    @user-kh7we8rr5x Před 8 měsíci +2

    Maasha allaahaa Maasha allaahaa Maasha allaahaa taabarakallaaha jimaako❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ibsaligdi1853
    @ibsaligdi1853 Před 8 měsíci

    Uztaaz Raayyaa abbaa Maccaa nama jabaa Oromoof Rabbi kennee dha.

  • @KadiirHabibii
    @KadiirHabibii Před 8 měsíci +1

    Bayyee si jalladha ustaz Rayya Abba maccaa

  • @GabisaGeda
    @GabisaGeda Před 6 dny

    Raayyaan keessaa oromoo hundaati rabbii umurii dheeraa sif haakenuu!!!!!!!!

  • @sarahdanabo4057
    @sarahdanabo4057 Před 8 měsíci

    Mashaa Allah Rabbi umurii isanii nufi haa dheresuu