Velikost videa: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Zobrazit ovladače přehrávání
Automatické přehrávání
Přehrát
Itti jabeessi elsaa lookoo oromoo teena. # garuu ummaata keenya tokkummaa dhabe kanaan walooma jabeessaa jedhiin mee!!!!
በጣም ደስ የሚል ስራ ነው ኤልሳ በጣም የምወድሽና ማደንቅሽ አርቲስት ነሽ በርች የኔ ውድ የዘመኔ ጀግና ነሽ ንግስቷ👑💎
Eelsaa bareedduu sagaleen kiilolee jabaadhu Ijoollee Gibee gamaattii nagaya nuuf dhaami ee.
Absolutely, Always amazing voice .❤❤❤ hit the road Elsa
Qulqullina 100%, Qabiyyee 100%; Walaloo 100%. Deeggartoonni ELSA NUGUSE mee👍👍👍👍👍👍👍👍
😮😮 1 2⅔😊
❤💚One of Oromo & Oromiaa beutyful artist 🎨 always respected 💯
Baga nagaan dhufte kabajamtuu elsaa nugusee!!!
Sirboota aja'ibaa hedduu qabda akkasumas uummata Oromoo biraa galata Guddaa qabda hedduu Galatoomi ❤❤❤❤❤❤
Wow Amazing jabadhuu jabduu kenyaa bagaa milkoofte 🎊🎉❤❤❤
Jabadhuu elsa nuigusee jabddu Intalaa oromoo bay,ee baredaa!
Wow amazing music.Elsa jabduu intala Oromoo❤View sirba kanaa akkuma baay'ina Saba Oromoo goona🤞🤗
Hojii Ajaa'ibaati Elsaa Jabaadhu 💪
Eelsa sabboontuutoo, qashtii nama baay'e si jaallanna sagalee uumamaa kiiloolee kanaan garuu ammallee waan dansa sirra eegna.
Baayyee sirraa bareeda dhugaa weelluun kun nu jiraadhuu 1000 kumaa
Baredduuu sagaalee kiloolee jabadhuu
Bayyee beredaa adaa oromoo kunii. Bayee rakoo dhaa 😅😅😅❤❤
Maliif jete garuu???
Never liked a song but this one hit me hard, good job @Elsa!!
Eelsaa keenya, jabduu keenya💪
Wow Amazing music ❤❤❤
Wow 👌 👌 kaan baaleetis nuuf akka nuuf weellistu Abdi qabna ❤❤
Wowo❤ intala sagaleen kiilolee Eessa baddee har'a as baate bannaati Galatoomi
Wow Best music 😍jabaa dhuu Eles🎶💖
😢ጎበዝ በርቺ
Excellent Melody, Video, Lyrics, and style music. Sweety to ear, heart and mind.
Yene wud dimstsh betam new yemiyamir berchi .Zerish yibza🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Amazing ❤
Akka itti Si Yaadee Turee.❤Well back Els.
Hojii miidhagaadha ❤
Ana dhufuu Elsa Nigusee ..!
Wow welcome elso ❤❤❤
Hojii ajaa'ibaati 🔥🔥
Baga nagaan dhuftee jimmitti koo🥰🥰🥰
Hojii bareedaadha Elsi❤❤❤
Baga nagayaan dhufte Eelsuu❤❤
Woyiii sagalee kee Elsa koo nuf jiraadhu❤
Wow hojii ajaa'ibaati
Wow baredduu koo durranuu bayee si jalladha burutukanna tiya ❤ELISA NUGUSEE ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤anii gaffa tullammaranii danidii woolloo sanii sirra maradhe ammasii daffii dabballii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amazing voice elisa tiya dama ❤dama❤dama ❤dama❤dama ❤dama❤dama ❤dama ❤dama ❤dama ❤dama ❤dama ❤dama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amazing voice bayeee sirra toollaaa oromititii koo❤❤❤❤❤❤
በጣም የሚወደድ ዘፈን ነው በርቺ ኤልሲ፡፡
Wow waan aja.ibattii elsaa koo
Wow absolutely amazing.
Wow Amazing music
Gudiin ta'ee jaalala kee shananiin naanna'ee...... walaloof yeedaloo hubannaan qindaa'eedha.Jabaadhu mucayyoo xiqqoo 1995 koo
Hojii bareedaa dha nuuf jabadhu ❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤baga Nagaan Dhufte❤Galatoomi❤❤❤elsi qashti😘
Excellent Elsa! You are one of the best. Proud of you! From Hollywood, California.
Wow baayye gaaridha ❤❤❤
Wawawawa bayye beddudhaa jabadhu
Jabaadhu hojii Ajaa'ibati dhugaa ❤❤
Hojii bareedadha elsaa nuguse
wow takka hin jiruu baayy'ee midhagaa dhugaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰gudiin ta'ee 🤦♀️🤦♀️🤦♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️
Ana dhufuu ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤sagaalee kee🎉🎉🎉🎉🎉 gudiin taee ❤❤❤❤......
You make beautiful music. I wish you got some great poems for your music. You have great potential to be a star.
Wow this is my favorite 😍 ❤ 💓
Dhugaa anii adnaqii ketii anii❤❤❤❤
Wow ammazing
wow yane wud bayee baredaa esan si argaa elsaa koo
Elisa anii siribba adda ARSII tokkoo akka fatta nu gottuu abdni si egginnaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amazing 👏
Hojii midhaga qabatee nuf dhuftee jabadhuu❤
Ramadan karim
Bayee tolaa ❤❤
Ummata kiya umata keshti ummata fenan.🥰
Your music is truly captivating and it speaks to me on a deep level. Keep up the great work!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga Nagaan Dhufte Elsiye❤🎉🎉🎉❤
Well come elsaa❤️❤️❤️
Well come elesa
Jimma Abba Jifar ♥️♥️♥️♥️
Thank you so much ELSA❤
Woow smart song super like keep it up!!!!
Dhaga'eera Amman dhufa waw giiftii jaalalaa Baga nagaan dhufte fakkii Warqituu
Welcome elsa nuguse🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Maali sagaleen akkana bareeddu jabaadhu sanyii koo
Good work elsi jebadhu
Umuuri dheeraa nu jiraadhu Elsa muucaa sabaa
❤ gudii taate isheen gudii taate!
FIlen Production Hojii bareedaa hojjete!
Best of Best!
❤❤❤❤❤❤ nuufi jiraadhu baay.eesa dasijedha
Wel come Elsa❤
Eelsaa qaxalitti❤
Waaw naic
gaarriidhaa elsii
Hojii Garidha ❤
wwwwwww dhuga sabbontu oromo akka jimma tokkotti bayen sii dinqisifadha jabadhu wan dandeenyun wal haa jajabeesinu barredu koo ❤❤❤
Thanks Elso Love. Longlive .
fantastic song Else ❤
jabaadhu qashtii namaa! sagale kiiroolee kanaan fata nugoote!!!
❤ wherever you go you can't get land like jimma. Jimma is land of love, beauty, history, tolerance, wisdom, culture, political center for more than 100 years you now?Come to Ethiopia and lands of Jimma appreciate. ❤🎉
Woww well come 🎉🎉🎉
Elso qaxalee bayee baredaa dhugaa jabduu keenyaa❤🎉❤🎉❤🎉
Maaloo elsa nuf dabalii ammas qashtii oromoo safuu qabettikoo
jabadhu bareddu oromo Namati.tolle
Another beauty of Oromuma.
Wow attractive music!
Elsu enkuwan be dena metash ❤❤
Wow amazing 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Elsu namuma jalala hinbeynelle jalala qabsia dhuga rabbi wayyo wayyo❤️❤️❤️❤️👌🏻🙏🏻🙏🏻👌🏻👌🏻
Obboleettii Xiqqoo hin qabduu naaf himaa warri beektan
Naaf himaa warri beektan
Elsie - great work, and welcome back !! Unique and beautiful style - WollJimmaoo 🎶🎵🎶
Wow hojii gaarii hojjatte hedduu namatti tola jabaadhu
Welcome Elsa nuguse❤❤❤❤❤❤❤❤
Extremely interesting music! Jabaadhu!
Artistii jabduu!Ogeetti ogummaan dachaa, Dhangaa jabaa nu affeerte.
Itti jabeessi elsaa lookoo oromoo teena.
# garuu ummaata keenya tokkummaa dhabe kanaan walooma jabeessaa jedhiin mee!!!!
በጣም ደስ የሚል ስራ ነው ኤልሳ በጣም የምወድሽና ማደንቅሽ አርቲስት ነሽ በርች የኔ ውድ የዘመኔ ጀግና ነሽ ንግስቷ👑💎
Eelsaa bareedduu sagaleen kiilolee jabaadhu Ijoollee Gibee gamaattii nagaya nuuf dhaami ee.
Absolutely, Always amazing voice .❤❤❤ hit the road Elsa
Qulqullina 100%, Qabiyyee 100%; Walaloo 100%. Deeggartoonni ELSA NUGUSE mee👍👍👍👍👍👍👍👍
😮😮 1 2⅔😊
❤💚One of Oromo & Oromiaa beutyful artist 🎨 always respected 💯
Baga nagaan dhufte kabajamtuu elsaa nugusee!!!
Sirboota aja'ibaa hedduu qabda akkasumas uummata Oromoo biraa galata Guddaa qabda hedduu Galatoomi ❤❤❤❤❤❤
Wow Amazing jabadhuu jabduu kenyaa bagaa milkoofte 🎊🎉❤❤❤
Jabadhuu elsa nuigusee jabddu Intalaa oromoo bay,ee baredaa!
Wow amazing music.
Elsa jabduu intala Oromoo❤
View sirba kanaa akkuma baay'ina Saba Oromoo goona🤞🤗
Hojii Ajaa'ibaati Elsaa Jabaadhu 💪
Eelsa sabboontuutoo, qashtii nama baay'e si jaallanna sagalee uumamaa kiiloolee kanaan garuu ammallee waan dansa sirra eegna.
Baayyee sirraa bareeda dhugaa weelluun kun nu jiraadhuu 1000 kumaa
Baredduuu sagaalee kiloolee jabadhuu
Bayyee beredaa adaa oromoo kunii. Bayee rakoo dhaa 😅😅😅❤❤
Maliif jete garuu???
Never liked a song but this one hit me hard, good job @Elsa!!
Eelsaa keenya, jabduu keenya💪
Wow Amazing music ❤❤❤
Wow 👌 👌 kaan baaleetis nuuf akka nuuf weellistu Abdi qabna ❤❤
Wowo❤ intala sagaleen kiilolee Eessa baddee har'a as baate bannaati
Galatoomi
Wow Best music 😍jabaa dhuu Eles🎶💖
😢ጎበዝ በርቺ
Excellent Melody, Video, Lyrics, and style music. Sweety to ear, heart and mind.
Yene wud dimstsh betam new yemiyamir berchi .
Zerish yibza🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Amazing ❤
Akka itti Si Yaadee Turee.❤
Well back Els.
Hojii miidhagaadha ❤
Ana dhufuu Elsa Nigusee ..!
Wow welcome elso ❤❤❤
Hojii ajaa'ibaati 🔥🔥
Baga nagaan dhuftee jimmitti koo🥰🥰🥰
Hojii bareedaadha Elsi❤❤❤
Baga nagayaan dhufte Eelsuu❤❤
Woyiii sagalee kee Elsa koo nuf jiraadhu❤
Wow hojii ajaa'ibaati
Wow baredduu koo durranuu bayee si jalladha burutukanna tiya ❤ELISA NUGUSEE ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤anii gaffa tullammaranii danidii woolloo sanii sirra maradhe ammasii daffii dabballii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amazing voice elisa tiya dama ❤dama❤dama ❤dama❤dama ❤dama❤dama ❤dama ❤dama ❤dama ❤dama ❤dama ❤dama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amazing voice bayeee sirra toollaaa oromititii koo❤❤❤❤❤❤
በጣም የሚወደድ ዘፈን ነው በርቺ ኤልሲ፡፡
Wow waan aja.ibattii elsaa koo
Wow absolutely amazing.
Wow Amazing music
Gudiin ta'ee jaalala kee shananiin naanna'ee...... walaloof yeedaloo hubannaan qindaa'eedha.
Jabaadhu mucayyoo xiqqoo 1995 koo
Hojii bareedaa dha nuuf jabadhu ❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤baga Nagaan Dhufte❤Galatoomi❤❤❤elsi qashti😘
Excellent Elsa! You are one of the best. Proud of you! From Hollywood, California.
Wow baayye gaaridha ❤❤❤
Wawawawa bayye beddudhaa jabadhu
Jabaadhu hojii Ajaa'ibati dhugaa ❤❤
Hojii bareedadha elsaa nuguse
wow takka hin jiruu baayy'ee midhagaa dhugaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰gudiin ta'ee 🤦♀️🤦♀️🤦♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️
Ana dhufuu ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤sagaalee kee🎉🎉🎉🎉🎉 gudiin taee ❤❤❤❤......
You make beautiful music. I wish you got some great poems for your music. You have great potential to be a star.
Wow this is my favorite 😍 ❤ 💓
Dhugaa anii adnaqii ketii anii❤❤❤❤
Wow ammazing
wow yane wud bayee baredaa esan si argaa elsaa koo
Elisa anii siribba adda ARSII tokkoo akka fatta nu gottuu abdni si egginnaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤amazing 👏
Hojii midhaga qabatee nuf dhuftee jabadhuu❤
Ramadan karim
Bayee tolaa ❤❤
Ummata kiya umata keshti ummata fenan.🥰
Your music is truly captivating and it speaks to me on a deep level. Keep up the great work!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga Nagaan Dhufte Elsiye❤🎉🎉🎉❤
Well come elsaa❤️❤️❤️
Well come elesa
Jimma Abba Jifar ♥️♥️♥️♥️
Thank you so much ELSA❤
Woow smart song super like keep it up!!!!
Dhaga'eera Amman dhufa waw giiftii jaalalaa Baga nagaan dhufte fakkii Warqituu
Welcome elsa nuguse🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Maali sagaleen akkana bareeddu jabaadhu sanyii koo
Good work elsi jebadhu
Umuuri dheeraa nu jiraadhu Elsa muucaa sabaa
❤ gudii taate isheen gudii taate!
FIlen Production Hojii bareedaa hojjete!
Best of Best!
❤❤❤❤❤❤ nuufi jiraadhu baay.eesa dasijedha
Wel come Elsa❤
Eelsaa qaxalitti❤
Waaw naic
gaarriidhaa elsii
Hojii Garidha ❤
wwwwwww dhuga sabbontu oromo akka jimma tokkotti bayen sii dinqisifadha jabadhu wan dandeenyun wal haa jajabeesinu barredu koo ❤❤❤
Thanks Elso Love. Longlive .
fantastic song Else ❤
jabaadhu qashtii namaa! sagale kiiroolee kanaan fata nugoote!!!
❤ wherever you go you can't get land like jimma. Jimma is land of love, beauty, history, tolerance, wisdom, culture, political center for more than 100 years you now?
Come to Ethiopia and lands of Jimma appreciate. ❤🎉
Woww well come 🎉🎉🎉
Elso qaxalee bayee baredaa dhugaa jabduu keenyaa❤🎉❤🎉❤🎉
Maaloo elsa nuf dabalii ammas qashtii oromoo safuu qabettikoo
jabadhu bareddu oromo Namati.tolle
Another beauty of Oromuma.
Wow attractive music!
Elsu enkuwan be dena metash ❤❤
Wow amazing 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Elsu namuma jalala hinbeynelle jalala qabsia dhuga rabbi wayyo wayyo❤️❤️❤️❤️👌🏻🙏🏻🙏🏻👌🏻👌🏻
Obboleettii Xiqqoo hin qabduu naaf himaa warri beektan
Naaf himaa warri beektan
Elsie - great work, and welcome back !! Unique and beautiful style - WollJimmaoo 🎶🎵🎶
Wow hojii gaarii hojjatte hedduu namatti tola jabaadhu
Welcome Elsa nuguse❤❤❤❤❤❤❤❤
Extremely interesting music! Jabaadhu!
Artistii jabduu!
Ogeetti ogummaan dachaa, Dhangaa jabaa nu affeerte.