when you start singing the grace and spirit of God with you starts to pass to me this is what i feel ...you are our blessing ..may God bless you with the blessings of heaven ❤
Natye I don't have a word to thanks to love you I swear I can't speak oromigna but I listen always your songs As God is my witness I love you so much Glory to owner of this song may God keep you from any enemy ❤❤❤❤❤❤❤❤ I'm from dilla ❤❤❤❤❤ I hope we will meet...........
This diven message what amazing song... kun lubbu soraa ayyana gooftaa siif haa bayyisuu... this Revelation Faarfannaa koo am touched abbo keff beyii Abbatee❤
What an amazing gospel song,The music is so inspiring, I cannot wait to introduce this to our church for our praise and worship... God bless you! YES lord i give all of my heart to you and all my life. Beautiful and Adorable song of praise! I really liked it God bless you!
Waaqayyo si haa eebbisu. Ergan faarfannaa kana dhaga’ee Afaan koo irraa hin buune . It has been playing in my ahead for over a week now. I am like … let this song speak what my heart feels. “Dhaqdhaqiin itti qabame…” uuuu Hallelujah
WOW GOD BLESS YOU NaTI! AMAZING SONG! FAARSAAN ATI FAARSITUU YEROO HUNDA HAFURAAN GARA WAAQATI OL NAMA BUTA EBBIFAMII "WAANAN SI FAARSUUF QABA SABABA BAAYEEN QABA" AMEEN AMEEN AYYAANAA KANA CAALUU SIIF HAA BAAYISU
When you start singing grace and spirit of God with you starts to pass to me this is what ifeel....you are our blessing...my God bless you with the blessings of heaven Wow Natikoo
An jecha hin qabu wa'ee faaru kanaaf😢😢😢 onne koo na raase waqayyo kana caala qoonqa faarfannaa siif haa banu guddaa si jaalanna nàati inni kana siif kenne gooftan Kenya yesus haa kabajamu.
Faarfannaa koo ዝማሬዬ
Yesuus iddoo ati dhuftee na baste
Yaadattee lubbuun koo sitti marmite
Dhugaa dha laphee cufaa keessi isaa one
Foolii keen haara’eetu jireenyaaf oole.
ዝማሬዬ
ኢየሱስ መጥተህ እኔን ማንሳትህን
ስታስበው የሙጥኝ አለች ነፍሴ
ባዶ ምድረ በዳ የሆነውን ልብ
ባንተ ሽታ ታድሶ ህይወት ሆነለት፡፡
Waanan si faarsuufan qaba
Sababa quubsaan qaba 4*
ለመዘመር ምክንያት አለኝ
በቂ ምክንያት አለኝ4*
Jaalala ani hin yaanneen dhufte gara koo
Jaalala cubbamaa mararfatu
galmi koo si’ooliif kaadhimamee
Du’a lubbuu keetiin geeddarame
ባላሰብኩት ፍቅር መጣህ ወደ እኔ
ለሃጥአተኛ በሚሳሳ ፍቅር
ለሲኦል የታጨው መድረሻዬ
ባንተ ሞት ተለወጠ አድራሻዬ
Waanan si faarsuufan qaba
Sababa quubsaan qaba 4*
ለመዘመር ምክንያት አለኝ
በቂ ምክንያት አለኝ4*
Dhaqdhaqiin itti qabame
Iddoon itti haa kufuuf eegame
Irree kee jabaan na baastee
Ilma kee gootee na waamte
Fayyisuu kee ijaan argeeraa
Faarfannaa koo si godheera.
ከተያዝኩበት ረግረግ
ለውድቀት ከተጠበቅሁበት
በታላቅ ክንድህ አወጣኸኝ
ልጅህ አድርገህ ጠራኸኝ
ማዳንህን ባይኔ አይቻለሁ፣
ዝማሬዬ አድርጌሃለሁ፡፡
Bro nice job. Blessed
0:44 0:45
Eebbifami nati
Adda dhugaa 😢😢😢
Ameen Ebbifaami💯
ቋንቋ ባልችልም ኦሮምኛ ቋንቋ ባለመቻል ለመስማት አያግድም ዘንድሮ የኦሮምኛ ዘማሪዎች ጌታ ይባርካችሁ ገብቶናል የቋንቋ ባለቤት እግዚአብሔር ይባርካችሁ
ከላይ አስቀምጦልናል ኮሜንት ላይ እህቴ እዪው የበለጠ ትባረኪበታለሽ ❤
@@tigistalemayehuassefa8387❤😂🎉😢😮😅😊
What a song, thank u brother.
❤🎉
❤
1:19
when you start singing the grace and spirit of God with you starts to pass to me this is what i feel ...you are our blessing ..may God bless you with the blessings of heaven ❤
Wow Natye, your songs are a divine melody that uplifts the soul and carries the power of faith, creating a harmonious spiritual journey. ❤
🔥🔥🔥🔥🔥Eebbifame ❤❤❤❤
Natiye this song is so amazing eko,
I'm still listening ❤❤
Birrik belilgn
Naati! Namni waanuma koshooshoola walitti qabe nama Waaqayyoo walin jedhe wal kaba. Animmoo dhugaadha dhugaa faarfatteef nama Waaqayyo Dha ati. Waaqayyo sii haa ebbisu.
,,,,,Waanan sii faarsuufan qaba Waaqayyo.
Eloo jabaadhu atis
Natye I don't have a word to thanks to love you I swear I can't speak oromigna but I listen always your songs As God is my witness I love you so much Glory to owner of this song may God keep you from any enemy ❤❤❤❤❤❤❤❤ I'm from dilla ❤❤❤❤❤ I hope we will meet...........
Amazing sprit, amazing melody, amazing intro and music composition👌👌God bless you more and more
This diven message what amazing song... kun lubbu soraa ayyana gooftaa siif haa bayyisuu... this Revelation Faarfannaa koo am touched abbo keff beyii Abbatee❤
Dhuguma faarsitamee ati nati.fayyisuukee ijaan argeera farfannakoo si godheera yesus. Ameeeeeen.❤❤❤❤❤❤❤
What an amazing gospel song,The music is so inspiring, I cannot wait to introduce this to our church for our praise and worship... God bless you! YES lord i give all of my heart to you and all my life. Beautiful and Adorable song of praise! I really liked it God bless you!
Holy spirit+ your message +Your voice =amazing NATHI you are blessed
THIS SONG SPEAKS DIRECTLY TO ME.....be blessed wendime
Natikoo Gooftaan ati farfaate kun bara kee jireenya kee ha eebbiisu, akkasumati itti fufi amalakee halaan hin jijjiirin hadhoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wealth Danuu sii bukkeedhaani Eegnaa!! Hedduu Nutii toleraa Afuraa qulqulluu kan Gutamedhaa farfanaa ke you are Blessed beloved brother
Maaloo jaranaa farfanna kana Yoon malgodheen qufuu danda'a wanbeektaaniin nabukee dhabadhaa yoodandessan issuma dhugaakoon issinin jedha please please. God bless you Nati
Guyyaa guttuu dhagayu 😊
Naafiyyee dhuguman Goftaan sii haa ebbisu farra...keeti bayye ebifamera dhagefadhu malee olee hin buluu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯🎧
Mucaa xinaa fakkatuu Garuu Kan keessaa isati ba,u wan Guudaa. Waaqayyoo baraa jirenyaa kee Mana isaa keessaa sii haa jirachisuu umuurii kee haa dhunfatuu
Eebbifamii nati ❤❤❤❤❤❤
Faaruu Ajaa,ibati Kan kiristoos of keessaati Muulisuu🎉🎉🎉🎉
I am blessed by your song Natiye 🫶🏾🖤
God bless you more 🙏🏾
Uuufeeeekaa waaqayyoo ko ulfaadhuu naatiko atillee eebbifami farffannaa baayyee jireenya namaa eebbisudha
What a powerful song God bless you, my Brother
Naatiikoo gooftan waaqaaf lafaa siin haa eebbisu!
ጌታ እየሱስ ይባርክህ ተባረክ በእውነት ተባረኩበት አመለኩበት በመንፈሱ ረሰረስኩኝ❤
Ebbiiffamii natii koo❤❤❤❤
Waaqayyo si haa eebbisu. Ergan faarfannaa kana dhaga’ee Afaan koo irraa hin buune . It has been playing in my ahead for over a week now. I am like … let this song speak what my heart feels. “Dhaqdhaqiin itti qabame…” uuuu Hallelujah
Waanan sii faarsuufan qaba😭sababa bay'een qaba😭😭
Exactly, it's a heart touchable song.May God bless you.
Amazing song God bless U more we love you go head❤❤
Amazing gospel song, Blessings bro, more grace🤩
Natuyyeee ..I was Lifted Up Listening to this Song What a Graceful Song!! EEBBIFAMII HAFI HAADHOOKO❤
Really amazing song ever!Thank you so much bro
Wow amazing song ebbifami Naatiikoo . Waanan si faarsuufan qaba sababa baayyeen qaba ameen!!!😔😔🙏🙏
Ufff Eebbifami naatiikoo faarfannaa bayyee laphee namaa qabbaneessu🙏🙏😍😍😍
What a song!!!!
Nati still, I can't stop listening this song.
What a song God bless you am obsessed with this song still now🤍🤍
Can’t stop listening to this song fr
Natishoo our blessing 🥰
Wow Farfannaa koo ❤
This Songs is Adorable & Heart Touching.
God bless you
Eebbifami.
Wow what amazing song of this. Thank you God bless you!
WOW GOD BLESS YOU NaTI! AMAZING SONG! FAARSAAN ATI FAARSITUU YEROO HUNDA HAFURAAN GARA WAAQATI OL NAMA BUTA EBBIFAMII "WAANAN SI FAARSUUF QABA SABABA BAAYEEN QABA" AMEEN AMEEN AYYAANAA KANA CAALUU SIIF HAA BAAYISU
ተባረክ
thank you for helping us see how marvelous our salvation and God's redemption is
I Cant listen to this song without tears 😭😭😭😭my song ...cants stop listening
amazing gospel song blessing bro
When you start singing grace and spirit of God with you starts to pass to me this is what ifeel....you are our blessing...my God bless you with the blessings of heaven
Wow Natikoo
Natishoye bless you no words i can't stop listening to this song ❤❤❤
Wow What song May God bless you
Waaqayyo tuu Kennaa godhee faarfannaa kana karaakee nuuf kenne lahpee korraa farfachaa oola jaalalan hin yaannen dhufte jetti lubbuun koo ♥️♥️♥️❤️❤️🌹🌹
God blessed you, bro. When I listen to this song, I feel like I am in heaven.
Graceful song ❤❤
Waaqayyoo si ha eebbisuu naty koo❤❤
What an amazing song which uplift the soul may God bless you Natye
i can't hold back the tears when i listen the part of "Fayyisuu kee ijaan argeera, Faarfannaa koo si godheera"..Natiye God bless you!
…Waanan si farsuufan qaba Sababa bayyeen qaba…. Farfaanna boqoonna nama keenu, afuura nama harresuu fi Abdi namaf kenuu Waqayyoo Innii ayyaana isaa kana sif kenne maqaan isaa ebbifaamu. Kana caala kennan waqayyooo Innii Barabaaran jabbeesse si dhabuu sif haa dabbalamu Natikoo👏👏👏
Wow amazing song you are blessed 🎉🎉🎉🎉🎉
Nati I'm blessed by ur song!❤u are blessed my brother
Dhaqdhaqii an ittiin qabame
iddoon itti haa kufuuf eegame
irreekee jabaan na baastee
namakee gootee na waamte
I LOVE IT🥰🥰🥰🥰🥰
Waanan sii farsuufan qaba.......... amazing song, God bless you bro
This week my devotion time worship. 🔥 Natty you're blessed!
May God bless you Nati Dhugaa Faarfannaa Laphee namaa senuu dha👌Ebifamii muccaa biyyaa kotii
Malli sagaleessuu ajab jechisiisa ❤❤❤❤❤
Eebbifamaa asumaan maatii naaf ta'aa ❤❤❤❤❤
በጌታ መስማት ማቆም ያቃተኝ ዝማሬ ነዉ ናቲዬ ዘመንህ ይባረክ ዝምብ ብለህ ተፈተህ ዘምር❤❤❤❤
Naatii you are such a blessed gospel singer....eebbifamaa hafi!❤
Woowww❤❤❤ God bless you Natty❤🫶 what a grace and melody...
Waaqayyo bara kee haa eebbisu ulfina gooftichaa faarfachaa hafi!!!!❤❤🎉🎉
Blessed Nati
Yessss amen amen ebbifami
Sababa qubsaan qaba si faarsuf ameeeeeeenn ❤️💕
Really i inspired alot with the song nati. God bless you.
#Eebbifami_Naatiikoo #SinJaaladha
#lyrics_Faarffannaa koo
Yesuus iddoo ati dhuftee na baaste yaadattee
Lubbuunkoo sit marmite
Dhugaadha laphee cufaa keessisa oone
Fooliikeen haara’eet jireenyaaf oolee
Waanan si faarsuufan qaba sababa quubsaan qaba *4
1.Jaalalaa ani hin yaadneen dhufte garakoo jaalalaa cubbama mararfatu
Galmikoo tsiyoonif kadhimamee du’a lubbuukeetin geeddaramee
Waanan si faarsuufan qaba sababa quubsaan qaba
Waanan si faarsuufan qaba sababa quubsaan qaba
2.Dhaqdhaqiin ittin qabamee iddooni itti an kufuuf eegamee
Irreekee jabaan na baastee ilmakee gootee na waamte
Dhaqdhaqiin ittin qabamee iddooni itti an kufuuf eegamee
Irreekee jabaan na baastee ilmakee gootee na waamte
Fayyisuukee ijaan argeeraa #Faarffannaa_koo si godheera *4
Wanan si faarsuufan qaba sababa bayyeen qaba
Wanan si faarsuufan qaba sababa bayyeen qaba
Wanan si faarsuufan qaba sababa bayyeen qaba
Wanan si faarsuufan qaba sababa bayyeen qaba
Far..keeti bayye ebifamera Goftaan bara kee hebisu 🎧♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👍
Wow what amazing song! Blessed
Wanaan sii faaruusufan qaba sababaa qubsaa AmeenAmeen
Eebbifamii ❤️❤️❤️❤️❤️
Nati Koo ayyanni siif haa baayyetu
ተባረክ ወንድሜ
God bless you my brother nati amazing song 🥰🥰🙏🙏
Beautiful Song, more blessings Natye🙏
Woow amazing song 😍😍 God bless you 🙏🙏
what a wonderful song it's , may God bless you nati
Addicted to this song❤❤
Wow! Nati you are blessed you are my favorite singer
What a heart touching song. Bless you, natisha. ❤❤❤❤
Jaalalanin yaadnen dhufte garako
Jaalala cubbama madaksatu
Galmi koo siolif kadhimame
Dhiga ilma keetin geddarame
dhugadha erga gadhifamee guyyaattii sia 5 oldhaggeefadha 😭😭😭😭😭😭😭😭ammayyuu quufaa hinjiruu
waaqayyo si haa ebbisuu baayye sijallanna❤❤❤
Ameen❤❤❤❤❤..... Dhugaa jecha hin qabu ibsuuf waaqayyo akkasuumatti si faarfachiisaa si haa hanbisuu wuuu❤❤❤❤
Wow Nati one of top my gospel singer ❤❤❤❤ ebbifami
Ayyannisa dachaadhan siifhaa dadabalamu qaxalee muca kakuuu Eebbiffammiii maqaa yesuusin 🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Waanan Sifaarsuufan qaba
Sababa baayeen qaba..
Halelughah❤❤❤🙌.Bless u More Natiye
What a song, what a talent! God bless you Nati
Wow this song 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Naatiikoo Nuuf jiraadhu dachaa eebbifami qaxaleekoo❤❤👏👏
Wow amazing song,thanks❤
Naatii eebbifami waaqayyoo bara fi jireenya kee haa eebbisu.
Singer Natnael God Bless You! also Music Arrenger Raja Dingeta God Bless You! "Jaalalaa Cubbamaa Mararfatuu....
😅😊😊😊😅😢😢😢😮😅😊😊😢😂❤❤❤❤😂🎉
Ebbiffami Bro! Amazing song
Jechan ittiin ibsu hin qabu naati garuu waa'eekeef waaqayyoon Nan galateeffadha atis gooftaa faarsuuke ittuma fufi jabaadhu
I done know oromifa but i am in love with this song
Can't stop listening 😂😂😂😂
Very blessed song thank you
Eebbifami Natisha koo what a heart touch song ❤❤❤
Waana'n si faarsuufa'n qaba
Sababa baayyee'n qaba
Naatii God bless you more 🙏🙏
No word stay blessed.
An jecha hin qabu wa'ee faaru kanaaf😢😢😢 onne koo na raase waqayyo kana caala qoonqa faarfannaa siif haa banu guddaa si jaalanna nàati inni kana siif kenne gooftan Kenya yesus haa kabajamu.
Faaruu garidha natiye 🥰🥰
አሪፍ መዝሙር ነው
Faarfannaa koo dha eyye ati iyesus🥺🙏❤️