Video není dostupné.
Omlouváme se.

#YerooJaalalaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 26. 08. 2023
  • 'Harkaa dhabuun jaalallee koo na dhabsiise' keessummaa yeroo jaalalaa #Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa# #OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##OBN##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa##Yeoo jaalalaa#

Komentáře • 181

  • @kennamaariyaam4968
    @kennamaariyaam4968 Před 11 měsíci +22

    Yaa Rabbii hireen ilmaa nama gargarii nama jalaatini argachuun ulfaatadha😢

  • @user-es2bv8nl6w
    @user-es2bv8nl6w Před 11 měsíci +9

    Yeroo jalalaa irraatti yaada koo ibsachuu hawwii qaba guyyaa tokkoo anis caarra inuma argadha jedheen yaada galanaa jalalaatin liqimfamen jira 😭💔😭

    • @uaess9428
      @uaess9428 Před 11 měsíci

      Morma qofatu si hafee jechuudha maarre kkkkk

  • @chaltuchaltu1641
    @chaltuchaltu1641 Před 11 měsíci +1

    Jaalallaa dhugaa Qarshi fi Bifaa irratti hin hunddayyu . Qaabenyi fixesaa argamee dhaababuu daada,aa, bifatii habaaboodha boruu darabuu dadaa

  • @faizaabdullah3288
    @faizaabdullah3288 Před 11 měsíci +6

    As wr wb yaa hamdiiya obboleeti muslimaa dhaamsan siif dhaamuu dubartiin muslimaa sitriin bareedii sataradhu

  • @sanyiijaawe315
    @sanyiijaawe315 Před 11 měsíci +11

    Gaafi kenyaa nufi Deebbisaa moonet Essati baddee yeroon jaalalaa ishii irraa Demaa
    Gaafin qabbaa mee naafi Deebisaa maali ta'a garuu kan waali jaalatuu yoo waaliti qabbi akkamn hargattu namaa akkaa gara ofii ?
    Garuu qabbenyi fixeesa kaan Dursuu jaalalaatu dursaa😥😥❤❤

    • @chaltuethiopia3736
      @chaltuethiopia3736 Před 11 měsíci

      aniis gafii kiyyaa 😭😭😭

    • @obseeshow9855
      @obseeshow9855 Před 11 měsíci

      Monet yeeroo dhiyoti midiyaa dhunfaa isheti Akka dhiftuu dubate bar maloo calisa

    • @chaltuethiopia3736
      @chaltuethiopia3736 Před 11 měsíci

      @@obseeshow9855 akkana sababnii dhiistef malii jeetee garuu 😢???

    • @MaashoMuham
      @MaashoMuham Před 11 měsíci

      Dhugaa ketii😢

    • @user-vf7km8ls3z
      @user-vf7km8ls3z Před 11 měsíci

      bakka mooneet hin jirreetti yeroon jalaala kun yoo hafe wayyaa ykn ishee nuuf deebisa

  • @warkidubai1005
    @warkidubai1005 Před 11 měsíci

    misikina dhuga rabbii malooo harkaa dhabnii intalaa abbaa lafaa namaa dhabsisaa jedhaa oromon yamammaakuu jabadhuu rabbiin kani fedhii keeti sifaa guutuu

  • @obseeshow9855
    @obseeshow9855 Před 11 měsíci +2

    Dhiroo jabadha hin bohina hiren harkaa rabiiti.

  • @FatimaMohammed-ky1fn
    @FatimaMohammed-ky1fn Před 8 měsíci

    Inshaallaa rabbini sifi ha fidduu hiyyuman homa miti ❤❤❤❤ sii jalladha

  • @Hamstar-o4u
    @Hamstar-o4u Před 11 měsíci +1

    Wly anatu isaa bekaa hedu midhamera anaa mangisti baga nuf dhiyesitan❤❤❤

  • @user-bv4op7jj2e
    @user-bv4op7jj2e Před 11 měsíci +2

    Nittin kuni asobsisu in bektu moneti irra bareeda yeroon jalaala kan kee asaan nama in maararu😢😢

  • @sofiaasfaw7234
    @sofiaasfaw7234 Před 11 měsíci

    Brother Dubarti qarshi jalatu osso hintane tan jaala beytuu fuudhii ammo biffa ykn bareedina hin filattin ati nama garii fakata jabadhuu !! Good luck !!!!

  • @user-yl2vh1kx4t
    @user-yl2vh1kx4t Před 10 měsíci

    Jalalaa jechuuni dhibbee namaa itti hin mulianee namani madaa isaa siif hin erguu Uuffiii jalalaa dhisii namaa ergachu arsaa Ani hin kafalee hin bara 2016 offi kiyyaa qofaa jalachuu murteessaa obsi dhugaa jettee homaa miti 😢😢😢Ani qabenyaa dhiraa hin fedhuu jalalaa dhugaa malee qabenyaa hojatin ni argatu 😢😢😢

  • @saciathopia7125
    @saciathopia7125 Před 11 měsíci +3

    Wayii moneet maalumaaf dhiistee ?
    Kuni hin beektu dhugaa .moonet yoo ta'uu baatee ishee torbee darbee fidaa.
    Akka hiyyuumaa isaa fi hiyyuumaa maatii isaaf anatuu dhiisaa turee .garuu baayee waan jalladhuuf itti heerumee .galata rabbii hundaa hin darba❤

  • @kareemhashem5391
    @kareemhashem5391 Před 11 měsíci

    Wayi jaalalaa❤

  • @user-zr1jk2hn6x
    @user-zr1jk2hn6x Před 11 měsíci

    Dhugaa monneti Essa bade Anna yoo ishin dhuftee dhufaha nuf deebisaa❤❤❤❤❤ kabajan

  • @gadaaroobaa4885
    @gadaaroobaa4885 Před 11 měsíci

    Nuuf.jabaadha.

  • @martagemeda3284
    @martagemeda3284 Před 11 měsíci

    Ani jaalala dhugaan barbadaa malee qabenyaa hin fedhuu.😢😢

  • @user-wt5ip4ny9k
    @user-wt5ip4ny9k Před 11 měsíci

    ❤❤👍👌

  • @sinbonitube7507
    @sinbonitube7507 Před 11 měsíci

    eshen duruma jaalalaa sii qabdu bro 😢😢

  • @user-ku1kd2ug7d
    @user-ku1kd2ug7d Před 11 měsíci

    Yeroo haguugattu baayyee sirraa bareeda baayyee namararta uktii tiyya qaalii

  • @ridwairidwai8925
    @ridwairidwai8925 Před 11 měsíci

    Jaajabadha waa garidha yaroon jalalakesan

  • @minuteshamra7078
    @minuteshamra7078 Před 11 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @eteneshimu3007
    @eteneshimu3007 Před 11 měsíci

    Uuufff yaa rabbi 😢😢

  • @diribiimuze
    @diribiimuze Před 11 měsíci

    ❤❤❤❤

  • @user-pe3sc2tf1u
    @user-pe3sc2tf1u Před 8 měsíci

    Woyyii jaalalaa

  • @kiyyaatasfaye1520
    @kiyyaatasfaye1520 Před 11 měsíci

    😢😢😢❤❤❤❤

  • @user-ob1mm4ys2y
    @user-ob1mm4ys2y Před 4 měsíci

  • @maariyaamiiharmee1009
    @maariyaamiiharmee1009 Před 11 měsíci

    ❤❤❤

  • @fariyaafariyaa6638
    @fariyaafariyaa6638 Před 11 měsíci

    Jalaallaa😢❤

  • @burkimangusto-in1wu
    @burkimangusto-in1wu Před 11 měsíci

    ❤❤❤😢😢😢

  • @user-yy2fs2tf2l
    @user-yy2fs2tf2l Před 11 měsíci +2

    Kkkkkkkk soofti gudda qabana jetti 😅😅😅😅😅👌🏻👌🏻

  • @marykheetan813
    @marykheetan813 Před 11 měsíci +1

    Homaa miti jaalalii hidhaa waan hundaatti
    Aaraa hin bonyee 😊😊😊😊😊

  • @maxamedoromomaxamedoromo7267
    @maxamedoromomaxamedoromo7267 Před 11 měsíci

    👍👍👍👍❤❤❤❤✅

  • @EthiopiannamamolafaAliiApp
    @EthiopiannamamolafaAliiApp Před 11 měsíci +1

    Wow❤

  • @haea8936
    @haea8936 Před 11 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ob1mm4ys2y
    @user-ob1mm4ys2y Před 4 měsíci

    Yeroon jalala baay'ee namattii tola.

  • @user-cn2jh3cr1j
    @user-cn2jh3cr1j Před 11 měsíci

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @FatmaFatma-wg4ti
    @FatmaFatma-wg4ti Před 11 měsíci

    😢😢😢

  • @C2beeka4R
    @C2beeka4R Před 11 měsíci

    Dhugaa ....

  • @shwayebelte827
    @shwayebelte827 Před 11 měsíci +1

    ❤❤❤❤💯💯👍👍💯

  • @user-tt9mr5lp5w
    @user-tt9mr5lp5w Před 11 měsíci

    ❤❤🎉🎉😢 😢😢😢😢

  • @bsinaattube9183
    @bsinaattube9183 Před 11 měsíci +6

    Wel come qophii jalalaa dhirraa bochuu lalafuu jarjaruu jiraa😂😂😂

  • @birhangirma6392
    @birhangirma6392 Před 11 měsíci +1

    Kotuu anuu akkasi ❤ dhugaa dha demoo

  • @user-xj2vt5ol6m
    @user-xj2vt5ol6m Před 11 měsíci

    Dhugaa rabbii hin sobaa mucaan kun waa takkaa hojjaataa hin jiru duriyyeedha dhalaa jaala figaa olaa 🤣🤣🤣🤣

  • @bilalhoussein
    @bilalhoussein Před 11 měsíci

    Adeemsa keessaan waa jaalatan abbee

  • @hamadalnuaimi4975
    @hamadalnuaimi4975 Před 11 měsíci

    👌kkkkkkkkkkk

  • @sifaanwallagga20
    @sifaanwallagga20 Před 11 měsíci +3

    Mooneti nuf debisaa

  • @mehboobakhadeer6199
    @mehboobakhadeer6199 Před 11 měsíci

    😢😢

  • @user-rx7tm6jp3p
    @user-rx7tm6jp3p Před 10 měsíci

    Waan
    Atii
    Feete
    Tae'en
    Jirraa

  • @jiituuwallagga8637
    @jiituuwallagga8637 Před 11 měsíci

    Ati bifaa ilaalta.tanannii hin miidhamata ammasii

  • @imuyeadfirisi3941
    @imuyeadfirisi3941 Před 11 měsíci

    😢

  • @user-zg6kv5jk5i
    @user-zg6kv5jk5i Před 11 měsíci

    😢😢😢😢😢

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem6695 Před 11 měsíci

    😭😭😭😭😭

  • @kqtnwt4441
    @kqtnwt4441 Před 11 měsíci

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @user-gs5fk8tu3k
    @user-gs5fk8tu3k Před 6 měsíci

    Baga arkatee bagaa milkoftee

  • @uaess9428
    @uaess9428 Před 11 měsíci +2

    Seenanan kee nama dhukkubsa garuu ogessa xiinsammu si barbaachisa baay'e miidhamera miskiin / 😢/ ulaaga kee nan guuta kaa an dheerinaan garuu magaala miti ani funyaanis baay'e hinndheeradhu yaa ta'uu ulaaga keen nan ta'aa kkkk / ana gaa na atgate dheeran akka koo kanan onnerra jaaalladhu male garuu ulaagan kee osoo diinan islaam ykn sodaa rabbi kan qabdu osoo ta'e bareeda akkatti si dhiifte hin deemtu qarumaa

  • @user-gn3pd6rf6y
    @user-gn3pd6rf6y Před 11 měsíci

    Homamitti hunduu ni darbaa obsii

  • @user-dl3gv3uz8n
    @user-dl3gv3uz8n Před 11 měsíci

    😂😂😂😂😊😊😊

  • @saidadem8307
    @saidadem8307 Před 11 měsíci

    atii laakkofsa keetiti deemii ga,a jaaran kaan misikina miiti

  • @user-tv2wk4wg2c
    @user-tv2wk4wg2c Před 11 měsíci

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤

  • @tsegayebahiru415
    @tsegayebahiru415 Před 11 měsíci

    ❤😂❤😂❤❤❤

  • @sumayaabbu5460
    @sumayaabbu5460 Před 11 měsíci +2

    Wly nama argeetu beeka hereen jalalaa ni ulfaata hiriyyaaf hirree rabbitu namaaf tolcha jedhani😢😢😢😢😢

  • @bashatube2045
    @bashatube2045 Před 11 měsíci +5

    Atii ilmoo musilimaa tatee mataa qulaa mafii demtaa yaa Hamadiyaa😢

    • @sinantube1
      @sinantube1 Před 11 měsíci

      Matii naf ta'i😢

    • @user-le9xq3oc4b
      @user-le9xq3oc4b Před 11 měsíci +2

      Maltuu si galchee wa,e nama 😂😂

    • @sinantube1
      @sinantube1 Před 11 měsíci

      @@user-le9xq3oc4b matii naf ta'i

    • @user-xc1jz5jb4u
      @user-xc1jz5jb4u Před 11 měsíci

      😅😅😅😅😅ishuma qofa jira hhhhh😁😁😁

    • @sinantube1
      @sinantube1 Před 11 měsíci

      @@user-xc1jz5jb4u kotu matii naf ta'i

  • @abdiiabdii1834
    @abdiiabdii1834 Před 11 měsíci

    😢😢😢😢😢😢😢

  • @user-sv7je3py1i
    @user-sv7je3py1i Před 11 měsíci

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔

  • @asetashoma8755
    @asetashoma8755 Před 11 měsíci

    Yero jalala kuni dhuga anayu jalala na qabisise sena nama dhagehuf baye hawa ama torbani gesuti

  • @Aisha-iz6lx
    @Aisha-iz6lx Před 11 měsíci

    Mucaa kuni senna akka kiyya qaba walh😢😢

  • @sarade3477
    @sarade3477 Před 11 měsíci +2

    Ani magalaa dheertuudha Heloo jedhi 😂😂😂😁😁🤭💓💓

  • @oromiyaoromiya7709
    @oromiyaoromiya7709 Před 11 měsíci +1

    Shamaraan mediyaa kanaraa hojataan mekapii ofiraaa qanasaa waallaahi heduu bushoftanii isiniraa hin demuu kananuu mataan wigii uuuf

  • @MariamAbu-dj9uw
    @MariamAbu-dj9uw Před 11 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂

  • @Sinaantub
    @Sinaantub Před 10 měsíci

    Qoophesiitu qoophi jaalala heduu na kolfiichisti gaafi ishiin gaafatu 😂 itti nuf fuufa Namooni jaalala kaan midhamaanif kan ofii barbaadan malee kaan isaan barbaadu hin fedhan Nama kan isaani hin tahee dukka bohuu kaan kee kan taate enyuumtu hin fudhaatu Akkumaa Amaati kessanit uumma kessan kadhaadha Nama kessan kan tahee akka siniif laatu 🙏

  • @abdallah-ve1xr
    @abdallah-ve1xr Před 11 měsíci

    🤔

  • @weyneshetkorcho6698
    @weyneshetkorcho6698 Před 11 měsíci

    እኔ😢

  • @AfendiAbrahim-xn9rr
    @AfendiAbrahim-xn9rr Před 11 měsíci

    ❤😂😂😂

  • @meetiigutematube6255
    @meetiigutematube6255 Před 11 měsíci

    😂😂 warii dheroni bilbila gurba fudhadha

  • @kedanayemariyam1323
    @kedanayemariyam1323 Před 11 měsíci

    dhali nama qabeenyaa caalaa garuu hubannoo dhabuu malee jalaali biiftudha

  • @BetelhemBurek
    @BetelhemBurek Před 10 měsíci

    Uf💔

  • @allizayazid3141
    @allizayazid3141 Před 11 měsíci

    Gowwa woyi mucaan ofi hin baredare

  • @user-wt5ip4ny9k
    @user-wt5ip4ny9k Před 11 měsíci

    😂😂😂😂😂🤣😳🤔

  • @brekwarratulama
    @brekwarratulama Před 11 měsíci

    Gurbaa sana bira ni darbita abshiir...qabeenyi fixeensa takka dhuftee takka immoo badi

  • @haea8936
    @haea8936 Před 11 měsíci

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @gulilateshetu4683
    @gulilateshetu4683 Před 11 měsíci

    Anaas naa aferii guyyaa tokkoo

  • @user-lq3kx6eo5q
    @user-lq3kx6eo5q Před 11 měsíci

    Gaara hin tatuu ati isheenoo qarshidhan jirjjirtee.

  • @kiya0910
    @kiya0910 Před 11 měsíci

    Simoo isatuu hasayaa😂

  • @muddiin_oro
    @muddiin_oro Před 11 měsíci

    maalii attii rifeensaa kannattii ufaadhuumee 🤔🤔

  • @AbdiShure-wx2jb
    @AbdiShure-wx2jb Před 11 měsíci

    8331 aja way jaalala

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 Před 11 měsíci

    Ayii jalala 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢uffffffff 💔 💘 biyyaa lafan kannaa akkaa jalala ulfata jiraa uffffffff 😢😢😢😢

    • @user-xc1jz5jb4u
      @user-xc1jz5jb4u Před 11 měsíci +1

      Maal jechudha biya lafa jireny hin ulfane hin jiraa 😢😢😢

  • @arafatentertainment214
    @arafatentertainment214 Před 11 měsíci

    Anna atis dhufte ganda hamdiya kanna

  • @user-ku1kd2ug7d
    @user-ku1kd2ug7d Před 11 měsíci

    As Wr wb obboleettii tiyya qaalii baayyeen sijaalladha ummaan tiyya hoggaa nayaadde sagalee kee dhageesse baayyee gammaddi sagalee mucaa tiyya fakkata jettee anillee heddun sijaalladha yeroo haguugattu baayyee sirraa bareeda mataakee sataradhu qaalii tiyya uktii

    • @tayitutube891
      @tayitutube891 Před 11 měsíci

      Anileen baay'een ishii jaladhaa❤❤❤❤❤❤❤

  • @namakulaqurusum9881
    @namakulaqurusum9881 Před 11 měsíci

    Uuufffff abshir sanyii koo 🥺🥺🥺🥺🥺🥺💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sabirina578
    @sabirina578 Před 11 měsíci +2

    Yennaatin.nuuf.deebisa

  • @lello-kh6zw
    @lello-kh6zw Před 11 měsíci

    Malkii malii godhaa kanii qalbii sifii a keuuu😂😂😂

  • @user-cy6bn4py4b
    @user-cy6bn4py4b Před 11 měsíci

    Hamdiyaa dabba kee bareeda

  • @saritube769
    @saritube769 Před 11 měsíci +1

    Ani kessumesitu kana hin jaalanne hin aarifatti oduf oto namni yadasa hin ibsatin aafanitti qabdi iccc 😂😂

  • @ifrahume6833
    @ifrahume6833 Před 9 měsíci

    Mooneti baka tanana tollaa

  • @didajillo8170
    @didajillo8170 Před 11 měsíci

    yerroo fudhani duratti waliin jirata

  • @jamaaloromogalaxy7526
    @jamaaloromogalaxy7526 Před 11 měsíci

    Baqqaa

  • @user-ux2ps7uu8p
    @user-ux2ps7uu8p Před 11 měsíci

    YJ

  • @user-gh5ie6sp1d
    @user-gh5ie6sp1d Před měsícem

    😂j😊😊

  • @muazzenu9662
    @muazzenu9662 Před 11 měsíci

    Ee miskina wly