PRANK Ajibaa Nyataa ati gottu Qulqulinaa hin qabu Balbaala keessaa jiraa Safuwan Ayyan bocheessee

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 9. 05. 2021

Komentáře • 447

  • @AfnaanOroTube
    @AfnaanOroTube Před 3 lety +79

    Safuwan yoniin siiran kafallee qoy naa gartaa

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 Před 3 lety +39

    Natuu duraa ilaalee mee warii akkaa koo maatii kan jalataan 👍 godhaa afnaan😘😍❤

  • @sulxaanamaan9559
    @sulxaanamaan9559 Před 3 lety +39

    Maluma Rabbi Sin godhee maluma keessa Argata Akkanatti Rifachiifta Rabii sodadhaa maalo Hadhaa Mana teessanii Akkana Godhiina sababa Piranki kana Namanni osoo Du'alle jiratee Dhuuga Mitii jedhee keefana Wolbateessuti deema jirtan.

  • @muna24tube66
    @muna24tube66 Před 3 lety +6

    Yaa miskinaa haramaa sirtii ijolee like nafi xuqaa

  • @raadiyaoff7018
    @raadiyaoff7018 Před 3 lety +13

    Uuuuuuufff Amshiir Ayyuu tiyya hii piranki Ramadaana kana utuu dhiiftani 😭

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 Před 3 lety +4

    Misikina tiyyaa umaan afaan misikina tiyyaa yaa Rabbii marruu shwoo Rabbii sii hin dhisuu wolayii

  • @iftuutube1692
    @iftuutube1692 Před 3 lety +14

    Anatu dura lale😢💖umuu afnan miskinatiya

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k Před 3 lety +1

    Kkkkkkkk ummaa Afaan siituu nama bo'ichisaa olaa har'aa bosee😆😆😆😍😍😍😍😍

  • @nabillaasulxaanmama9782
    @nabillaasulxaanmama9782 Před 3 lety +1

    Kkkkkkkkkkkkk bayye Namatti Tolla dhugaa Raabbi jabadhaa Qalliwan Tenyaa I Love Tu SO Machii 👌👌👌👌👌👌

  • @zubedaajamala4133
    @zubedaajamala4133 Před 3 lety +3

    Auzubilaa Anii Ramo Sanaa bayee soodadhaa Mali garuu sofuwan Ayana rifachifatee
    Miskinaa 🤣😅💕

  • @hasanjemal6906
    @hasanjemal6906 Před 3 lety

    Walhii safwaan hedduu naati toltaa dhugaa halaa fi amaali kee akkanumaati umrii barkaa qabduu rabbiin siif haa kenuu

  • @BarnootaComputer12
    @BarnootaComputer12 Před 3 lety

    jabadhuu sanyii koo , asumaan namnii as jala jirtan hundu maatii koo ta'a anis maati isiiniif ta'a wal malee maal qabna wal haa jajjabbeesinu wal ya guddisnu ya qoomowwaa koo?

  • @aaishaatube8847
    @aaishaatube8847 Před 3 lety

    Jabaadhaa ijoollee oromoo
    Garuu dhiirri keenya prank malee waan Surprise jedhamtu san hin beekatanu moo
    Yeroo hedduu rifannoota onne namaa irraa rabbi isin haa tiksu

  • @bonttuushawaa1824
    @bonttuushawaa1824 Před 3 lety +2

    Kkkkkkk wayyoo akka arratu kolfee hin bekuu prank kesan sinif milkahera 😂😂🤣🤣🤗

  • @Muntish
    @Muntish Před 3 lety +1

    Kkk anduraaniin manguddumaa hin taatu siin je’e musxafaa,ee Ayyaan teenya dhuga jette bar silaa mustafaan akkas jechuun qabu ture

  • @user-je8ox3xq6e
    @user-je8ox3xq6e Před 3 lety +4

    Mashallah mashallah mashallah tabaraa kalaa wolifii isin haa dhisuu INSHALAA ✅✅💝💝💝💝🙏🙏🥰🥰🥰🙏🥰

  • @taibahtaibah3758
    @taibahtaibah3758 Před 3 lety +1

    Kkkkkkk ummi afnani baga sirra kafalani ati nama bochifta be ❤❤❤

  • @zehrazehara5549
    @zehrazehara5549 Před 3 lety

    Umm afnana miskiin gara naa gubateee. Ufffff. Safuwan. Wantiii akana hin tahuuu dhissii

  • @Bashiro551.
    @Bashiro551. Před 3 lety +1

    Pirank nyaataa qofa yeroo lamaafaf irratti dalagufii mo
    Kuni dhuga mittii

  • @zamzamoro8304
    @zamzamoro8304 Před 3 lety +2

    Wayii ganaa namaa nyatii umuu afanii miskinaa tiyaa

  • @umaradan1674
    @umaradan1674 Před 3 lety +6

    Kkkkkk wayyi missikkinna Akkana gotte wayyi rabbin sif araramina,😃😃😃😃

  • @wsawwsad4475
    @wsawwsad4475 Před 3 lety +1

    Wlyii garaa na nyatee
    Bareduu tiyaa waan hundii keetu baredaa dama tiyaa uuuuupha

  • @aantukamal9629
    @aantukamal9629 Před 3 lety

    Saffuu rabbiin irra sii gafaata meqaa kamtu dhabbee barannddaa keessa taa,e kadhaatta

  • @hawinan5013
    @hawinan5013 Před 3 lety +3

    Safuwan adaba ke bitadhu sit hime lamata itti debite akkana akka hin rifachisne ayanin 👈😎👌pranki kessan na arsa jira wolhi😔✅️

    • @baletube1809
      @baletube1809 Před 3 lety +2

      Pls Mee Koottaa maatii naaf ta'aa

    • @hawinan5013
      @hawinan5013 Před 3 lety

      @@baletube1809 kana saba kiya mati hin tane enyuf taha ishi amuma mati siif ta'a 🙂

  • @ummuhuzeyfaa8845
    @ummuhuzeyfaa8845 Před 3 lety +1

    Yaa abbaa Afnaan haraam aleeykii wallahii ummu Afnaan miskinaa garaa naa nyattii bosee jirtii miskinaa tiyyaa

  • @umittii
    @umittii Před 3 lety +3

    Wow amazing ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @ayyuniioro2529
    @ayyuniioro2529 Před 3 lety +3

    Wawa masha allhha masha allhha masha ayyuu to bayen siii jaaladhaa

  • @leelloojiruu5020
    @leelloojiruu5020 Před 3 lety

    Binneessa fuula irratti iffi maxxaannassitan sana iffirraa kaasa ñama haqisiti🥺

  • @halimaajamaali3753
    @halimaajamaali3753 Před 3 lety

    maashaallah tabarakaallaah rabbii isin haa gudisuu dai'amaani

  • @xaayusanyihaacluuhundesaa9423

    bagaaa nagaan dhufataan ilove you ijoollee yamaan jirtaan hundaaaa kesaanuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @nanatitube5400
    @nanatitube5400 Před 3 lety

    Welcome bagaa nagayan dhuftaani jabadhaa 😲🙄🙄🙆🙆💚💚💚🌷🌷💐💐😅😅😅😅🙊🙊🙊

  • @mariyamaamuhamed4419
    @mariyamaamuhamed4419 Před 3 lety +1

    🤣🤣🤣🤣😂Ayaniyee ani haa aruu bakaa kee iraa kafalii👈

  • @hawitube1393
    @hawitube1393 Před 3 lety +1

    Akkamiitii harikani nyatuu Pasita 🤔🤸arigaa pirank keessani

  • @rabbiintokichaagabaraman8201

    Dhugaa rabbiin wanuma dhugan nyataa sanii balesitani seyee bayee rufadhe💖

  • @nuraamohamadanuraa3843
    @nuraamohamadanuraa3843 Před 3 lety +1

    Yaa maruu shaw walhii somana ayan bochifte naa rifachifte

  • @tesnimabi1851
    @tesnimabi1851 Před 3 lety

    Kkkkkkk arifidha garuuuu hasoyni ummu afnan immo baye nama tolla

  • @seenaaorotube6627
    @seenaaorotube6627 Před 3 lety +2

    Abshiir bareduu tiyyaa ati keessaati dubaas ni baredaa 🥰

  • @mariyaamsanyiijawaramuhamm6343

    Abbaa Afnan Haraam Alekaa waallah maa bochiftani Hadhaa Afanan uuuuuuff

  • @obseorotube8772
    @obseorotube8772 Před 3 lety +3

    Obsi bareedduu to 💙💙😭😭 S hojii keee nyadhuu aboo kkkkkkkk Maagguuddoo Aggaarrssiissaa Hojii keee mo 🤣🤣🤣🤣❤❤❤❤

  • @mashomasho7525
    @mashomasho7525 Před 3 lety +2

    Ws wr wb safuwaan haarama aleek lesh bochista ummu afnaan baay.ee sii jaladha balbaalaan maalii?

  • @hasssdubai2525
    @hasssdubai2525 Před 3 lety +1

    Otoo ana tahee iyyeen baqadhaa ani in jaladhuu ramoon piranki dalaguu uuuuu

  • @madenaorotubemadena8581
    @madenaorotubemadena8581 Před 3 lety +1

    Kkkkkk walahii ayyanii akumaa kiyaa sodatii ramoo

  • @ayantuhussen2487
    @ayantuhussen2487 Před 3 lety +1

    Misikinaa Ayaan safaani hujii kee nyadhuu

  • @abdiraficustom184
    @abdiraficustom184 Před 3 lety +2

    Tokkoffa anatu ilalee marru and ayani Edi Mubarak isinin jedha

  • @sifanjamal7810
    @sifanjamal7810 Před 3 lety +1

    Ayanii nyanii kee ququlinaa qabaa godhii mashalaa

  • @mayaannbuenavente4568
    @mayaannbuenavente4568 Před 3 lety

    Malii dhugaa ramadanani akkanaa gotaa ayyani miskinaa garaa naa nyatee atilee iraa kafaladh a&s

  • @imaanmohamed5169
    @imaanmohamed5169 Před 3 lety +3

    Wayii malum wana akanatini piranki nama gotama

  • @kamillaaabdallaa888
    @kamillaaabdallaa888 Před 3 lety +1

    Missikknnaa Afiyyee tiyyaa

  • @user-je8ox3xq6e
    @user-je8ox3xq6e Před 3 lety +2

    Mashallah mashallah tabaraa kalaa

  • @shukaraaarasii3667
    @shukaraaarasii3667 Před 3 lety

    Yaa Rabbii kiyaa safuu. Midhaan akkan.gotanii

  • @anwarmuktar5214
    @anwarmuktar5214 Před 3 lety

    Kkkkkk Duraaniin mangudduma hintatu siin'jee eda.. ..... Mustafan Manguddummaf hin'tahu ja'an boo

    • @Marrushow
      @Marrushow  Před 3 lety

      Ahhhhhhhh Mr.anuwar akkami bro

  • @raadiyaoff7018
    @raadiyaoff7018 Před 3 lety +3

    Maashaa Allaah

  • @nonaa383
    @nonaa383 Před 3 lety

    YaaAboo Rabiini hisodatuu hibotee baayee namarifachisaa nyataa kesati wonaa akanakanaa itidebitee hihojatini😭😭😭😭🙆🤦

  • @monettubeofficial4563
    @monettubeofficial4563 Před 3 lety +1

    safu prank dha jartii rifachisaa oliiin hhhh dhala hedu rifatiin

  • @nuriyayassin9567
    @nuriyayassin9567 Před 3 lety +1

    Subahan allaah imimmanin busee kolfaa

  • @oromiyaaormoo2685
    @oromiyaaormoo2685 Před 3 lety +1

    Mashaallaa Rabbi Sin godhee malmua keessa 😭🙏❤️

    • @MameTb
      @MameTb Před 3 lety

      Mattii naf tahii me

  • @foziyaasanyijawwee960
    @foziyaasanyijawwee960 Před 3 lety +2

    wa wr wb ilmaan oro tiyaa maro hojii nyadhu walahi🙆🙆🙆🙆

  • @sabbontuarsiiasallaa.6427

    Laa walaah piraanki jecha onnee nama hin rifachisana keessatu nyaata irratti.

  • @alihawweihawwei2023
    @alihawweihawwei2023 Před 3 lety

    Heduu namati toltani qaaliwan koo jajaabadha iraa kafaladhu Ayyaan

  • @rabiecell9767
    @rabiecell9767 Před 3 lety

    Prank kesan aman hordofu qabe uuuuufff baye namati toltu dhuga dubachuf duran isin hin hordofu

  • @rehimatijan2235
    @rehimatijan2235 Před 3 lety +3

    Anna Duchatubo Afnan Hiriyadhuma Issiitti Kenitifi Nyata 🍝💋 😘❤️Haram Alehek S M Hojji Kessan Nyadha Bodda Nyatanimo Hin Gatanii Silla A Miskina 🕷️🦂 Mangudon Agarsisa Magalan Gutun Agartu 🤔🙆‍♀️🤦‍♀️🙉😁 Hin Cigatuu Silla Attii Harkan Qabbu Obbo Ramadani Galle Du'aii Kadha Tobadha Rabbin Hogan Nuhha Gahuu Hinshaallah

  • @sihamlaban2750
    @sihamlaban2750 Před 3 lety +1

    Mafi dhuugaa sobaan samushee dhipisitaa😭😭😭😭😭

  • @anuwartube8336
    @anuwartube8336 Před 3 lety +3

    Marru baga dhukkee ummu afnaan irraa kaafte😂😂

    • @baletube1809
      @baletube1809 Před 3 lety +1

      Pls Mee Koottaa maatii naaf ta'aa

    • @MameTb
      @MameTb Před 3 lety

      Matii naf tahii me anuare kiyaa

  • @hasanjemal6906
    @hasanjemal6906 Před 3 lety

    Prank xiqiqio isnii kudhaan siraati dalayduu takkumaan debiftaaf atii kkkkkkkkk

  • @KAMILATUBE
    @KAMILATUBE Před 3 lety +1

    Welcome

  • @zarakadir453
    @zarakadir453 Před 3 lety

    Walahi ani artelee yoo tatee abadan nyataa sanii lubbuun naa hin nyatuu wanuma kana sodadhaa argaa kee safuwan kkkkkkkk

  • @sabontuoromoo9313
    @sabontuoromoo9313 Před 3 lety +3

    Baga Ngh dhuftani miskini uma Afani 😭😂😂😂😂💔

  • @memezahra2694
    @memezahra2694 Před 3 lety

    Waayyii.mucaoni.tunnii.nama.marratii.❤🧡

  • @aaaa3833
    @aaaa3833 Před 3 lety

    Akumaa anaa sodatii 😂😂😂😂😃😃😃

  • @saboontuuarsiibaha9612

    Safuwwan uuuff maal hojaata har'aa yaa rabbii ijaan lalee jibbee balbala sanii kkkkkkkkk

  • @muhwihyahussen6653
    @muhwihyahussen6653 Před 3 lety +1

    Erabbii Ayyaan rifatee

  • @jamilawayuu7309
    @jamilawayuu7309 Před 3 lety +5

    Lakkii Lakkii godhaa mee kkk

  • @arabeeombee207
    @arabeeombee207 Před 3 lety +1

    Misikaanaa umma Afinanii

  • @HanagaattuukiiyumaaTube

    woyyii miskini ayyanii abshirii♥️

  • @Hawii1657
    @Hawii1657 Před 3 lety

    Wwwww mashalaa bayee namtii tolaa

  • @sumayaaserag2799
    @sumayaaserag2799 Před 3 lety

    Magaala sii argiitu hojii kee😀😀

  • @lalinom7443
    @lalinom7443 Před 3 lety

    Kkkkkk cubu jelaa rabbii siihabasu

  • @faxumaakayoo6621
    @faxumaakayoo6621 Před 3 lety

    Kkkkk walayii pirakii kuni ka ajibatii isini mikayee

  • @samiirabaaleeroobe5512

    Kkkkkkkkkk Ayyaan miskiina tiyya😃😃😃😃😃😃😃😃

  • @fathaayotub3195
    @fathaayotub3195 Před 3 lety

    rabumaa hin sodatan safiyaa yeroo akatii buchisetuu akanaa

  • @hasnaa9786
    @hasnaa9786 Před 3 lety +1

    Manguddoo agarsiisa 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅safuwan argaake

  • @bayenubayenu3431
    @bayenubayenu3431 Před 2 lety

    Wawo Baye baredaa jabaadha

  • @bilisumaahaqaa4182
    @bilisumaahaqaa4182 Před 3 lety +2

    OMG uma Afnan miskinaa tiyaa ofii banante harama aleku S#M hojii kesan nyaadhaa 😭

    • @sanyii8781
      @sanyii8781 Před 3 lety

      Bilisummaa💞 ani maatii siif ta'eera atis naaf ta'ikaa💞👈💕

  • @hasenomar4732
    @hasenomar4732 Před 2 lety

    Anii Nadafa hin qabuu??jattee kkkk

  • @amoonah2238
    @amoonah2238 Před 3 lety +2

    Kkkkkkkkkk umii afiinaan

  • @gshd6390
    @gshd6390 Před 3 lety +2

    Yaa Haarraam

  • @sifanjamal7810
    @sifanjamal7810 Před 3 lety

    Safuwan osoo atii bakkaaa sanii Butee Lalee hagaa amalee isi cabu argitee

  • @diboramucaiyesuswallaggaa7630

    Kkkkkkk ani dhuguman binesuman se'ee🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @sanyii8781
    @sanyii8781 Před 3 lety

    Best 💕💕💕

  • @abduuwboshow4933
    @abduuwboshow4933 Před 3 lety

    Baga nagayan dhuftani

  • @muhwihyahussen6653
    @muhwihyahussen6653 Před 3 lety +2

    Abboo saffuu waan jirruu tee moo

  • @Ummusidrah991
    @Ummusidrah991 Před 3 lety +1

    Ayana iraa kafalatu hin olina

  • @monetijalala6104
    @monetijalala6104 Před 3 lety +5

    Bagga dhufte 💔💔

  • @kadijatube1542
    @kadijatube1542 Před 3 lety

    Misikina ayanii sofiyani fi musatafani hajaibadaladani garuu misikina

  • @KhadijaKhadija-hs5xb
    @KhadijaKhadija-hs5xb Před 3 lety

    Wolhii Rabbi sii dhisuu

  • @obseorotube8772
    @obseorotube8772 Před 3 lety +1

    As wr wb anaa haa dhufi sanyii wani ko jaladhaa itii fi uuu aaaa bayyee isin jaladhaa dhugaa Rabbii 💙💙💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
    I love you S $ A 💙💙💙💙💙💙💙💙💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔❤❤❤🙏

  • @ramziadem9883
    @ramziadem9883 Před 2 lety

    Safwaan garuu akki Kun garii miti❤️💚❤️ garuu pirankidha

  • @iaiaiaia4904
    @iaiaiaia4904 Před 3 lety

    Yaa Allaah

  • @amoonah2238
    @amoonah2238 Před 3 lety

    Dhugaan sii riifachiissee

  • @abdiiumataoromo2132
    @abdiiumataoromo2132 Před 2 lety

    Kkkkkjk hoji te nyadhu 😁😁😁😁