CAAYAA: Bulchaa Godina Baalee Obbo Abdulhakiim Aliyyii

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 23. 05. 2022
  • #CAAYAA
  • Zábava

Komentáře • 22

  • @AbdullaahiiRoobaa
    @AbdullaahiiRoobaa Před měsícem

    Ba'a,eebulchaa dhugaati

  • @Nuriya-gl8in
    @Nuriya-gl8in Před 2 měsíci

    Cayyaa 2016 mahalla ciroo

  • @user-bf5ff9us8v
    @user-bf5ff9us8v Před 3 měsíci

    Obn ittii himanus wal ijaarani akkaa waan naaf rawatameti deebisaa jiruu dhagahee lmmoo himate kan biraatu sirraa fuuna jahani nadorsiisaa jiru Mootii Dhugaafi jiraatu Anaawaar Jamaal naaf gaha rabbiif jaha rabbumaa sodaadha nuti bu aa badhaadhiinati wani feetehu dhabnu wanumafetehu dhabnu nuti buaa badhaadhiinati dhugaa haaqni guyyaa tokkoo numa baha

  • @beyanabdulamid1578
    @beyanabdulamid1578 Před 2 lety +1

    Sagaale Ummaata osoo hin tanee sagaale wayyanee Fi PP kan itti anudha bara dhufaa Fi darbaa

  • @user-bf5ff9us8v
    @user-bf5ff9us8v Před 3 měsíci

    Nuti rabbii male nama dhugaa keenyaa nuuf baasuu hin qabnu waan oromoo taneef mana siin malu jahani na dhorkani ofiif mana maqaa jartiti jijiranii fudhachaa jiru nuti mana nama hin barbaane kenyaa kan kartaa kiyyara jiruun barbaada

  • @samikiyya9090
    @samikiyya9090 Před 2 lety

    Isiin mallaqa guraa ol ergitani ummannii baalee garu dararamaa wajjira dhaba rakkachaa jira kunii rakkoo xiyyeffannoon hojjachuu dhabutii anaaf

  • @aliyiseid2223
    @aliyiseid2223 Před 2 lety

    Shashemennes hin irraanfatina.
    Keessaattii wajjiiri ifa magaalati.wajjiiri kun wanti isa hundi moofa dha.lakkooftu qofa fudhachuf yeroo dheera fudhata.sanu malamaltuumma ala wantu hin jiru.
    2.wajjiira bishaan dhugaati magaalichati.rakkiinni isa guddaan bishaantu hin jiru.lakkooftu qofatu manneen jireenya jira.jarkeeni tokkoo qarshii 10 bitanne jirana.
    3.kan hafe dhuftaan ummaata gaafatan hubatu jedhe yaada.
    OBN sagalee ummaata!!!!!!!!!

  • @araarsoabdo1508
    @araarsoabdo1508 Před 3 měsíci

    Baale bahaa hoo dhaquu karoora qabdu qophii caaya

  • @user-bf5ff9us8v
    @user-bf5ff9us8v Před 3 měsíci

    Hararge baha aanaa gurawaati IMX ijaaramne lenjiif banki misooma itoophiyaati dhayne mana caalbassii seera qabesaan kartaa fi waligaltee afda addaa harka qabanus mana nuuf kenu didaa angooti to fayadamani nuuf dhorka jiruu

  • @user-yr9mh5xd3f
    @user-yr9mh5xd3f Před 4 měsíci

    Piles Gindhir hoo mee koo tu Sagalee Nuf tahaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety

    Ijaarsa OBN hayyuun Gaaddisaa ummataaf yaada siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin siyaasni Beekumsii kufee yoomuu Nageenyaa dhibeenis waraana qabeenyaa

  • @araarsoabdo1508
    @araarsoabdo1508 Před 3 měsíci

    Kkk waajira mootummaatu hin hinqaban

  • @samikiyya9090
    @samikiyya9090 Před 2 lety +1

    Godinoota oroomiyaa kessaa dandiin asbalti km 50 hin callee qabdu godina baaletti kun immoo mootummaan ta'ii jedhee nama gaffii ummata ukamsuu ramadee ummata dararaa jiraachu mul'isa

  • @amiinbaalee4468
    @amiinbaalee4468 Před rokem

    Ni kijiba

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety

    Halkaniis said that du'aa Eegumsaafi Beekumsii biruma aswrwb harkiis dhaqqabii garaafi Onneen nyaataanis kurreejilbaatiif eegiif wirtuu lafeedugda ilmaaniin ittii fufee deemsis

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety

    Muslims aswrwb Maashaa'Allah Wasiyyaa deemsis mariidha Olmaan hojiinis nafaa kaatuu lafeedugda ijaarsa Minister fayyaan dhiifamaa dhibeenis waraana qabeenyaa kanaaf daguun yuniversity aswrwb kayyoo fikaroora lubbuu 24 hours Caqasii wework together welcome johar Muhammad walumaan jannaataaf wal'ansaa Especialisty pro garaa amiin yaarabbii sawsaw Maashaa'Allah biyyeettiis jàalalaa Ramadaan Karim Bashannaanttuu aswrwb waraana qabeenyaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety

    Competition Caffee Caffee jannaataaf wal'ansaa Especialisty Dhibeenis waraana qabeenyaa barnootaa dubarttoonnii ciqileen ummataaf university dhoksaa Uumaa Onneen dhalootaaf Gaaddisaa

  • @user-kd3gd5iv7u
    @user-kd3gd5iv7u Před měsícem

    Axirin miliyona 68 wan hin fakanre

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety

    Dhiifamaa dugdaafi garaa/Obbolummaa deemsis mariidha Alhamdulillah Fayyaan faayaa waraana Eegumsaa Eegumsaa ijjis waraanaaf gurruma wawrwb miseensa dhoksaa Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed DrugIlkaaniin waraana lafaa lafee laftis riqicha diinaa kijibanii lollis ifaa injifannoo Shaneenis nyaataanis Eegumsaa nevermore Ethiopian women qabeenyaa hinarginee gzxArrabnii minikiin karatti kufee zinnaash Tayyachow dugdaa Dhibee Caqasii

  • @meserethailu2562
    @meserethailu2562 Před 2 měsíci

    ስልክ ካላቹ

  • @user-yr9mh5xd3f
    @user-yr9mh5xd3f Před 4 měsíci

    Baalee bahaa hoo mee???? 🙏

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 2 lety

    Guyyaannis Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Aliyyii Cirrii Citizen ummataafi university dhoksaaOMN ciqileen ummataaf university ifaaWaaqoo Gurriis waraana Eegumsaa medicine and pharmaceuticals together Teessuma lafaatiin welcome to discuss Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa dhugaa yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana libsuu ijaa keessatti yaannis waraanaa hojii Caqasii Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Oromia duula Eegumsaafi Beekumsii Dr ilillii jemal dhiigaa blood circulation Beekumsii ilmaaniin ittii fufee deemsis ASTU yuniversity saayikoloojii ifaa Dr Lammaa magarsaa first dhiifamaa fayyaan???deebii Barsiisaa Adde Afraasee Gammadaa medicine and pharmaceuticals I'm going to see ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee bultiinis waraana Eegumsaa goototaa Seeraafi Heeraanis GUUTUMAA hawaasaa