Galaanaa Gaaromsaa: Hin Dhaqu Ganda ** NEW 2017 Oromo Music ** by RAYA Studio

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 11. 09. 2024
  • Oromo Music 2017 Galaanaa Gaaromsaa

Komentáře • 919

  • @mohammedshaaqudaamohammeds7850

    Wwoowowowowowowo
    mee Namanii akkaa kiyyaa
    Galaaana Jaàlatu Like naf
    Tuuqii

  • @dokitoriliyuuyesuswallagga8375

    Nagaani sifi haa ta,uu nagaatu dursaa nagaani sifi haa ta,uu GALAANA abaa-
    Biyaa gachanaa koo Nufi jiraadhu-
    Egii MACAFAA TULUMAA ,GALAANA!!🥰
    Eyee sagalee wariqqi sinifi Lateraa-
    Waqqaayyoo oromoo koo eyee dhugaa-
    KEE JETEE HIN GANUU GADAA HIN-
    DHAQINUU KADHAA GANDAA NAMA!🥰
    JABAADHU QOMOO KOO NUFI JIRAADHU LUBUU KOO WOBII UMAATA OROMOO!!!
    BEAUTIFUL GALAANA GAROOMSA!!!🥰🥰

  • @user-oh3sk9ji3i
    @user-oh3sk9ji3i Před 4 lety +18

    ወይ አንተ ልጅ ሁሉ ነገር ማር እኮ ነው የኛ ጀግና በርታልን 💪💪💪🐆🐆🐆👈👌የሀጫሉ ምትክ እራስህን ጠብቅ ወንድምዬ 😭🙏🙏🙏

    • @sanyihacee7871
      @sanyihacee7871 Před 4 lety +1

      Thanks 😭😭😭

    • @user-oh3sk9ji3i
      @user-oh3sk9ji3i Před 4 lety

      @@sanyihacee7871 ምንም አይደል የሀጫሉ ዘር 😭😭😭😭😭😭💔🙏

  • @etsgenetyemariamlej6610
    @etsgenetyemariamlej6610 Před 6 lety +11

    Wawwwww sabbona keenya nu jiradhuuuu😍😍😍❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💪💪💪💪💪💪💪umrii dheera siif hawwa Galana Gaaromsa

  • @fikadunbiru4189
    @fikadunbiru4189 Před 6 lety +15

    Wow Amazing song Gelana. Sirbi kee hundi ergaa cimaa of keessaa qabu. Akkanumatti itti fufi.

  • @obsaahuseen3158
    @obsaahuseen3158 Před 7 lety +2

    Hin gatuu gadaa, Hin dhaquu ganda.Fardi gootichaa gaarii hin harkisu.www jajjabee keenna jabaadhu ija alagaa sirraa haa qabu.

  • @debelatesfaye1770
    @debelatesfaye1770 Před 7 lety +26

    Galaanaa Gaaroomsaa Waaqaatuu nuu badhaasee kaa !!! really I'm very proud of my culture , beautiful super super.....Oromoo !!

  • @user-pr6pu7wj9t
    @user-pr6pu7wj9t Před 6 lety +21

    ፍቅር ነን እኛ ባህላችንን የማንረሳ ብቻ የምገልፅበት አፍ የለኝም e.r selam yewurdilin ethion wuddddddd oromon wudddddddddd newu yemadergachu jebadhaa sanyii ofii

  • @rohamagodislovejon4865
    @rohamagodislovejon4865 Před 6 lety +14

    ጋላና ጋሮምሳ ባዬን ስዕ ጃላድሃ አድንክህ ነኝ ሳቦና ኪያ 😍😍😍😍😍😍😍

  • @mekdesmekdes4522
    @mekdesmekdes4522 Před 4 lety +19

    የሀጫን ምትክ ብዬሀለሁኝ ገላና ኮ ሺ አመት ኑሪልኝ አንተ ምርጥ የኦሮሞ ልጅ እኛ የኦሮሞ ልጆች ሁሉ በጣም ነው የምንወድህ ዋው የሀጫሉ ሞት ኦሮሞነታችንን አጠነከረው ሀጭን የገደሉ መስለው ስንት ሀጭን እንድናገኝ አደረጉን ግን

    • @sanyihacee7871
      @sanyihacee7871 Před 4 lety +2

      Haceee😭😭😭😭😭😭

    • @user-mr7hx1ec6r
      @user-mr7hx1ec6r Před 4 lety +2

      🌹🌳🌹👍😭💪💪💪💪💪💪✊

    • @bizuneshqatar146
      @bizuneshqatar146 Před 3 měsíci

      haciyeeeeee yomuu sii dagadhuu qaliii keenyaaaa❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @fanashferaw3059
    @fanashferaw3059 Před 4 lety +14

    የእኔ ጀግና ከቡዳ አይን ይጠብቅ❤❤❤

  • @gamtessabelay5828
    @gamtessabelay5828 Před 6 lety +2

    ''Foollee fi dabballeetu eeggata daangaa'' umurii dheeraan siif hawwa!! jajjabee ilmaa.

  • @caaltuufiraol1233
    @caaltuufiraol1233 Před 7 lety +12

    Galaanaan wan biyaa jiruun hin se'u duraan ani.Amaan beekee malee. Jabaadhu saboonaa kenyaa.💘💘💘💘💞💞💞💞💞💪💪💪💪💪👈

  • @cydiaahmed1551
    @cydiaahmed1551 Před 6 lety +7

    ያኦሮሞ የኔጀግኖች ሺአመትኑሩ እንካን ከኦሮሞተወለድኩ

  • @abdinkoorabbii8700
    @abdinkoorabbii8700 Před 7 lety +12

    Wowwwwwwwwwww baay'ee namatti tola sabona oromoo ija dinaa sirra haa qabuu qomoo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💔💔💔💔💔💔💔bagumaa keenya tate galanaa qalii nama. Waqqayyo umri dheeraa sif haa laatu

  • @qalloowarratuulamaasadeeni2348

    Sirba kan yoo dhaagahu bakka jiruu hin beeku caqaase hin qufuu galoo keenya nuuf jiraadhu lafee koo jaaba keenya hin ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤Birraa birraa hora buunaa yoo hamaates

  • @imetupian9924
    @imetupian9924 Před 3 lety +8

    ወያው ወንድሞቼ ተበረኩ ከአይን አላህ ይጠብቀቹ 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @freefree9033
    @freefree9033 Před 3 lety +2

    ❤❤❤👍👍👍😍😍😍Galaanaa kenyaa lenchanamaa nufjiradhuu

  • @caaltuufiraol1233
    @caaltuufiraol1233 Před 7 lety +6

    Wowww nuf jiraadhu yaa saboonaa kenyaa.😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💟💟💟💟💟💗💗💗💗💗💟💟💟💟💟💟💟💟💗💗💗💗💗💗💗

  • @shiferawgetachew1118
    @shiferawgetachew1118 Před 6 lety +11

    Birraa birraa hora buunaa yaijoollee
    yoo hammattes waliin duunaa yaijoollee
    foolleef dabballeetu eeggatta daangaa
    yoo dangaan cabe onneetu na dhiigaa
    Baayyee miidhaga dhaggeeffadhee quuffun dadhabe, love you all our heroes!!

  • @userbertyuserdalacha1065
    @userbertyuserdalacha1065 Před 7 lety +10

    Galaani kee bilisumaa haa ta'uu sanyii koo💚❤💚❤💚❤

  • @saa9918
    @saa9918 Před 7 lety +36

    በጣም ያሚራል ፈጣሪ ይጠብቃቱ😘😘😘😘😘😘😘

  • @nbdjxjdjdnxjxjbxbxbndd2948

    Wowowow galaanaa God bless you my brother galatomii oromo koo!!!

  • @samerasamera4764
    @samerasamera4764 Před 4 lety +8

    እንኳንም ከእናንተ ተፈጠርኩ ገላና የሀጫሉ ምትክ እንደምትሆን ተስፍ አለኝ የሱን ቦታ ባትተካልንም ቢያንስ ቁስልችንን ትንሽም ቢሆን ያገግማል

  • @lemilelisa1672
    @lemilelisa1672 Před 6 lety +4

    Galoo koo dhagefadhee sii qufuu dadhabee😭😭😭❤💚❤👈sanyii koo nafi jiradhuu koode koo

    • @mesrahsultan5229
      @mesrahsultan5229 Před 3 lety

      Wwwwwwwww sirbii keeti baaye namati tolaa akkanumaati itti fufii jabaadhuu 👍👍👍👍👍👍👍👍💪👍💪

  • @bestintalaarsi164
    @bestintalaarsi164 Před 7 lety +5

    Atii Hayyudha bar galoo ko nuf jiradhu kan kana oli siraa ennaa 💝💝💝💖

  • @halimaajemaalhalimaajemaal7454

    Dhugaa kettii Lubbuu kenyaa 😍😍😍😍😍

  • @fayisemar9075
    @fayisemar9075 Před 4 lety +6

    Leencaa Oromoo nuuf jiradhu ❤️ 💚❤️
    ❤️ 💚 ❤️

  • @abrhamaleemu3546
    @abrhamaleemu3546 Před 5 lety +15

    መታደል ማለት ከዚህ ህዝብ መፈጠር ነው😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @QabuAriana
    @QabuAriana Před 7 lety +46

    My Brave Oromia,, Nu Jabadha,, Luv from Kenya

  • @firochalu7433
    @firochalu7433 Před 6 lety +5

    "Biddeena nama quubsu eelee irratti beeku" jedha oromoon hojii bareeda hojachaa jirta borullee hojii cimaa akka hojjattu shakkii hin qabu!

  • @masatwotdibaba2563
    @masatwotdibaba2563 Před 6 lety +13

    I appreciate to you king of the king ❤❤💪💪💪hin dhaquu ganda eyye hin feenu waan orima

    • @hawiidame5450
      @hawiidame5450 Před 6 lety +1

      Masatwot Dibaba ani jechaa kana hin bareessin ka sirbaa baay'ee jalladhaa sabbontuu koo

    • @hawiidame5450
      @hawiidame5450 Před 6 lety

      Masatwot Dibaba ani hin bareessin jechaa kana

    • @masatwotdibaba2563
      @masatwotdibaba2563 Před 6 lety +3

      Galatomi sabbonitu siribi kuni eriga baaye qaba akka jalatu hawwi kooti

  • @maaziimasqalee2329
    @maaziimasqalee2329 Před 3 lety

    Galoo leencaa dachen oromiyyaa nuuf biqilchite waaqayyoo umuriikee nuuf haa dheeressu haftee hacee😥😭

  • @nurshwaruzs8822
    @nurshwaruzs8822 Před 2 lety +3

    From(🇰🇪 kenya) we love you galooko😍

  • @mama7207
    @mama7207 Před 4 lety

    Wan offi akkam bareduu yarabii ijolee kee kan biyyaa hambaa walitti nuqabii oromiya irratii ❤️🙏🐎🐎🐎abba fardakoo ❤️👌👌👌

  • @sidraseada1729
    @sidraseada1729 Před 6 lety +9

    Gaalanaa leencaakoo. Umrii dheeeradhuu.

  • @farefare2159
    @farefare2159 Před 7 lety +2

    Galaana garomsaa jajjabe koo itti mudii iti mudii amalashe wan ofii koo ya obsa kee dandii qalo nama gesa qa'ee warrashee good job bro.

    • @hanamarymi7199
      @hanamarymi7199 Před 5 lety

      Galaana qero qabasaa oramoo hati si dese kumaa yaa desuu bayeni sijaladhaa shamarumaa kiyani

  • @sinaanurjiisabaa4677
    @sinaanurjiisabaa4677 Před 7 lety +5

    Woowwwww akkanaa kunoo
    Koromii warraa shaawa❤❤❤
    Nuf jiradhuu gaalana kenyaa
    Gootaa sabaa ofitif yaaduu

  • @Janet-vd5mu
    @Janet-vd5mu Před 4 lety +1

    Woww Galoo nuu jiradhu ijaa hamma sirraa yaa qabuu

  • @turugiza1737
    @turugiza1737 Před 7 lety +3

    Wowwwwwwww Saboona kenyyaa nu jiradhuuuu😍😍😍

  • @saramasri5160
    @saramasri5160 Před 7 lety

    Woooooow bagaa nagaan nuuf dhuftee Galoo kenyaa hedduu namaati tolaa sabbonaa koo umurii nuuf dheradhuu Calaa kenyaas bagaa nuuf fidee akkumaa keeti nuuf basii waliin umurii nuuf dheraa isiin lachuu ilmaan Abbaa Gadaa😍😍😍😍😍😘😚💚💚❤❤❤❤

  • @jddjvv4806
    @jddjvv4806 Před 7 lety +9

    wowowowowo jaabadhuu sabboona keenaa nufi jiiraadhuu
    leecaa oromoo SIJALAADHA 👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤💜💜

    • @danahkhaled1816
      @danahkhaled1816 Před 6 lety

      ❤❤❤💋💋💝💘💘💘👊👈👌💔💔💔💔💓💓💓💓👍

  • @elemoabdishakur7878
    @elemoabdishakur7878 Před 5 lety

    oromian tube gaarii godhaa jira walgargaaraa

  • @helenjasm3796
    @helenjasm3796 Před 3 lety +5

    My spacial music I'm a oromo 👌🔥💯❤💪

  • @ageribelay4878
    @ageribelay4878 Před 7 lety

    Hayyee Jaallee Fayyaa tahi Wallee bareedaa dha heddu nama Gamachisa Galatni kee Hinbadin jabaadhu yaa Sanyi Leencaaa!!!!

  • @RahmaeRahmae
    @RahmaeRahmae Před 7 lety +67

    እንኳን ከእናንተ ተፈጠኩ እኔ ኩራቶች 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @zinashgosaye6263
    @zinashgosaye6263 Před 2 lety

    Wowwwwwwww Jabadhuu Haba Hacee kenyaa nuuf jiradhuu hundii kessanuu ijjoollen biyyaa kotii lammii kotii naaf jiradhaa❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌻🌻🌻🌻🌻

  • @hayatkamal1174
    @hayatkamal1174 Před 5 lety +6

    Wowwww jabadhu sanyii koo❤❤❤💪💪💪💪💪

  • @girmaetefa3004
    @girmaetefa3004 Před 6 lety

    Ajaa'iba Ijoollee Oromoo Waaqa Sagalee kana fakkaatu isin badhaaseef galanni haa ta'u! Hori Buli Gurbaa Jabaadhu!! Baga Oromoo Taate.

  • @mirfeker3207
    @mirfeker3207 Před 7 lety +23

    ዉይ ኦረሞን ስወዳቸዉ ግን ምን እደሚሉ አላቃም እስኪ ተርጉሙልኝ

    • @sultankassim2282
      @sultankassim2282 Před 7 lety +3

      yerase bahal sila allegni alhedim weda lela bahal maalatu now

    • @mirfeker3207
      @mirfeker3207 Před 7 lety

      yena marr amsgenalw weda

    • @mariyamiabditooaminaminami1180
      @mariyamiabditooaminaminami1180 Před 6 lety

      wwwwwwwww oromoo wani kenyaa bakka jirtanit nagenyi rabbi sifa yaa ta'uu wwwwww wwwww anis nani bonaa oromuma koni wwwwwwww👏👏👏👏🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤

    • @girmaamare6904
      @girmaamare6904 Před 6 lety

      ye abageda feras gari ayigotitim

    • @lemesa1
      @lemesa1 Před 4 lety +1

      Nice

  • @merga.a4955
    @merga.a4955 Před 7 lety +1

    dhugumma ati nama cimaadha jechi sirra hindhumu jechoonni kee akka damma minyaa'u bara kuma jiraadhu lammif ta'i!

  • @muniraabbabiya4884
    @muniraabbabiya4884 Před 7 lety +5

    Brilliant. Can't get enough of this guys all song!!!!!!

  • @kasimthunni6711
    @kasimthunni6711 Před 7 lety

    Waw sabboonaa weellisaa Galaanaa gaaromsaa sirbi kee hundinuu dandeettii kee akkaan calaqqisisutti jira Ammallee kanarra akka ati dandeettii kee cimsattu hin shakku jabaadhu!!

  • @boniabdir4723
    @boniabdir4723 Před 7 lety +19

    Wow our hero we love you forever gelena garomsa I like it. Hin dhaqu ganda.....

  • @malkaabeekaa1925
    @malkaabeekaa1925 Před 7 lety +1

    "Hin gatu Gadaa
    Hin Dhaqu Gandaa" dubbii cimtuudha.Dagaagi Galaana ta'i ammas!!

  • @hayubintmuhamed7975
    @hayubintmuhamed7975 Před 3 lety +5

    የኦሮሞ ጀግና አላህ ይጠብቃችሁ⚫🔴⚪

  • @adaneabera3064
    @adaneabera3064 Před 6 lety

    Hin gatu gadaa, hin dhaqu ganda!!.....Sanyii Gootaa...kan rabbi eebbise!!!!...jiraadhu aboo!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @jddjvv4806
    @jddjvv4806 Před 7 lety +13

    WOWOWOWOW DHAGEFADHEE HIN QUUFUU
    NUFI JIRDHUU JAJABBEEKOO 👌👌👌👌👌👌👌👌👌👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

    • @bsukevsyune2425
      @bsukevsyune2425 Před 4 lety +1

      👌👌👌👌💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💝💔❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍👍👍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍

    • @fatmaabdurahman5487
      @fatmaabdurahman5487 Před 3 lety

      As wr wb

  • @zeitunaadan932
    @zeitunaadan932 Před 4 lety +1

    We love you from Kenya.
    No matter what,it is promo's only chance.
    A divided house can't win.
    watu hujipanga kabla wapangwe.

  • @senagamachis7729
    @senagamachis7729 Před 7 lety +4

    Great music jiraadhu dhiira onne guutu

  • @sweetoromiyaa6105
    @sweetoromiyaa6105 Před 7 lety +2

    baaga saanyii Oromo taateee galuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍

  • @mizeretmizeret1444
    @mizeretmizeret1444 Před 6 lety +37

    አቦ እንካንም የናንተሆንኩኝ አቦ ስታምሩ ከስደት መልስ እቀውጠዎለውው♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥

  • @berebirebere1124
    @berebirebere1124 Před 4 lety +2

    Jirraadhaa ijoole oroomo haaman si hin ilaalin😘😘😘😘😘

  • @jtuumahade5934
    @jtuumahade5934 Před 6 lety +3

    Woooooww baayee namaati tolaa dhiraa Saba kooti buraasii fardaa kee

  • @mohamedamien8080
    @mohamedamien8080 Před 7 lety +1

    Galaanaa garomsaa
    bayyee galatoomii
    nuuf jiradhuu
    gootaa kenyaa

  • @iamfromlebanonjabbaadhuusa4617

    Wowowow baay'ee bareeda ijaa dina irraa hafii sanyii koo

  • @meseratmeserat2133
    @meseratmeserat2133 Před 4 lety

    Wwwwwooo bayye Namaatii tolaa dhugaa gudaa Naafii galatomii Naafii jiradhuu saanyii ofili

  • @danydddd1969
    @danydddd1969 Před 6 lety +5

    Galaana ilmaa abba gadaa jabaadhu

  • @dokitoriliyuuyesuswallagga8375

    AKMAAMI JIRITAA GALAANAA KOO
    JIRITAA BAKAA JIRITUUTI NAGAANI
    WAQQAAYYOO SIFI HAA TA'UU LENCA
    KOO!!!🙋‍♂️🙋‍♂️
    ITTI MUDII EGAA GALAANAA ABAA BIYA
    GADAATU BEKAA SIRINAA FI BULICHINISAA
    HIN GATUU GADAA HIN DHAQUU GANDAA -
    AJA'IBAA ITTI MUDII MAREE HIN DHAQIDHU
    GADAA ILIMAANI OROMOO!!!😳💪🐅🌳❤💚💙

  • @ElemoAdam
    @ElemoAdam Před 7 lety +23

    Galaaana🐆
    Ilmaaa taddee birruuu jabadhaaa lencaa khoo 🐆

  • @r0manr0man31
    @r0manr0man31 Před 7 lety

    wow Galanaa G . !! Baay'ee Sii Jalanna Sabona Oromo Nu Jiraadhuu.

  • @keeroohajji4503
    @keeroohajji4503 Před 6 lety +4

    My best muca😍😍

  • @kiyyakiyyaozil7104
    @kiyyakiyyaozil7104 Před 3 lety

    woooooow galatoomi galaana keenya saba galaaana irraa dhalatte nu boonisite

  • @biiyewelleggaalij1634
    @biiyewelleggaalij1634 Před 7 lety +15

    Waawwwww lenca oromo nuuf jiraadhu♥♥♥♥♥

  • @tube7245
    @tube7245 Před 2 lety +2

    ዋው ልዩ ነው የፊቸ ሰላሌ ባህል 👍👍👍👍

  • @warkineshkalbesa1895
    @warkineshkalbesa1895 Před 4 lety +3

    Wwoowww oromoo love♥️💪✊✊✊jabadhu gotaa koo

  • @gemech24
    @gemech24 Před 7 lety

    woooooooooooow i love it very much
    i admire you
    baasii agarsiisii waan garaa keetii fi garaa saba keetii keessa jiru galaanaa keenya baay.ee si jaaladha anis guyyaa tokko quuqaa garaa kiyya akkuma kee kanatti na ibsadha.

  • @aminaaaminaa111
    @aminaaaminaa111 Před 7 lety +29

    Wooooooooooow
    Dhugaa keetii
    Leencaa lammiif dhaabbatu.
    😍😍💕💕💞💞💞💞💞💖💖💖💖💗💗💗💗

  • @ayshafatd2623
    @ayshafatd2623 Před 4 lety

    Umrii nufi dheradhu gotaa kenaa king galanaa.

  • @meronethiogal4196
    @meronethiogal4196 Před 6 lety +5

    oro Ma blood lv all Oromo people ♥♥♥♥♥♥

  • @kasimthunni6711
    @kasimthunni6711 Před 7 lety

    Rabbiin siif haa laatu umrii harraagessaa hinaaftuuf bututtuu sirraa haa qabu waaqayyoon.

  • @zenebemideksa1247
    @zenebemideksa1247 Před 6 lety +3

    WOW what awesome dhiiroo!! Hin dhaqu ganda. Love it keep doing great jobs bro.

  • @gutematefera3855
    @gutematefera3855 Před 7 lety +2

    Gaaluu kiyyaa sirba kee dhagahee hin quufu waan ta'eefuu maal naan jetta ati?

  • @kamaloromiyaa7853
    @kamaloromiyaa7853 Před 7 lety +15

    Leencaa Oromoo Rabbuman Umrii sihadheresuu

  • @oromofrst5521
    @oromofrst5521 Před 4 lety

    Wow wow wow dhugaa badhaasa kenya ati nuuf jiraadhu umrii 1000000000000 jiraadhu waan ofii 😍😍😍😍😍😍😍🤗💪💪💪💪💪💪

  • @fffdft3000
    @fffdft3000 Před 7 lety +9

    galooko nuuf jiraadhu siifan Dua😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @hannasimesa9981
    @hannasimesa9981 Před 4 lety

    Woooowwwwwwww dhugaa dubaachufii yoo ta.ee dhaggeeffaadhe hin quufuu

  • @ademurgesso4703
    @ademurgesso4703 Před 6 lety +6

    namattii tola baayy,ee

  • @radiyaradi4066
    @radiyaradi4066 Před 5 lety

    Galanaa garomasaa rabii rabii sii wajinii haa jiratuu. Oromonii isinii qabadii isininii bonaa nuu jiradhaa ijaa wayanee isiniraa haa jamasuu.

  • @asybgd7894
    @asybgd7894 Před 7 lety +14

    Wwwwooo lencaa oromoo ❤❤❤❤❤❤

  • @ademaliosmane8320
    @ademaliosmane8320 Před 6 lety

    l;eenca leenca caalu umrii siif haa laatu. naaf jiraadhu anis suma boodan jiraa jabaadhu. I LOVE YOU OROMO MUSIC.

  • @abdlkerimgragn7111
    @abdlkerimgragn7111 Před 3 lety +4

    Amazing when I heard this music always back remembered

  • @walloowalalaakoo3201
    @walloowalalaakoo3201 Před 5 lety +2

    Heduu natti tolee jabadhuu itti nuu fufi galaanaa keenya

  • @alemsebokaalemseboka5611
    @alemsebokaalemseboka5611 Před 6 lety +3

    Wawwwwwww baye beredda.

  • @minahusein2206
    @minahusein2206 Před 2 lety

    Woww Galiyee kiyaa nufii jiraadhuu gotaakoo

  • @ditamagarsa9664
    @ditamagarsa9664 Před 5 lety +3

    🤘🏾🤘🏾🤘🏾🤘🏾🤘🏾

  • @sanyihacee7871
    @sanyihacee7871 Před 4 lety +1

    Abyi of egadhuu hacees dhabeene silee nu duraa nyaata namichi bineesaa😭😭

  • @caaltuufiraol1233
    @caaltuufiraol1233 Před 7 lety +3

    Wowww👌👌👌👌💯

  • @sanyihacee7871
    @sanyihacee7871 Před 4 lety +1

    Galoo ko sirbaa ke yeroon dhegafadgu kan darbeen yaadadha sirbaa hin dulomne sirboni ke me iloveeu galo ko longi life

  • @oromonews4164
    @oromonews4164 Před 4 lety +3

    Lenca fakkii namaa ❤💚❤👑👑💪💪