OMN: Egeree Oromoo fi Oromiyaa irratti marii Hayyootaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 5. 09. 2024
  • OMN: Egeree Oromoo fi Oromiyaa irratti marii Hayyootaa

Komentáře • 29

  • @romanhailu5299
    @romanhailu5299 Před měsícem

    OMN! Welcome back in sight Good 2 see you Dejane gutema & Our beloved gustes

  • @user-tn5sj1qx6p
    @user-tn5sj1qx6p Před měsícem +2

    Fuulduree oromootiif
    Waa dubbachuu dura hayyoonni
    Keenya ofii isaa jidduu wal,aannachuu qaban
    Yaada jedhuun qaba
    Maaliifin kana je,e mammaksa oromootiin waabeffadha
    "Fayyaatu fayyaa fida jetti oromoon

  • @azuuleetube
    @azuuleetube Před měsícem +2

    Marii bareeda. Galatoomaa

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 Před měsícem

    The new OROMO generation should make progressive change and must stand up for self rules and share rules

  • @AnasMusxaf-e8d
    @AnasMusxaf-e8d Před měsícem

    Fanoono akanati jirti oromoon hoo masiti jitihi gaafin kiyaa ana por,maahaamd nagafadhu

  • @mohammedtussa4847
    @mohammedtussa4847 Před měsícem

    Haqaa jechun Uummaataf dhugaa galchuu jechudha

  • @AnasMusxaf-e8d
    @AnasMusxaf-e8d Před měsícem +1

    Amiin amiiii

  • @user-tn5sj1qx6p
    @user-tn5sj1qx6p Před měsícem

    Hayyoota keenya hasla yeroo
    Irratti afeeruun gaariis taa,u namoota. Murtaa,aa qofa osoo
    Godhuu baattani

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Před měsícem

    Nooraa baga nagaan dhuftan hundi keessan ummatnii Oromoo Fi WBON Yeroo hunda Nagaa Barbaada kun Efaa jirraa
    Translate to English

  • @user-tn5sj1qx6p
    @user-tn5sj1qx6p Před měsícem

    Mariin akkanaa tun
    Yaada baayee murteessaadha
    Kanaafuu humna beekkumsaa danuu afeeruu gaafata roga maraan

  • @adamibrahim7199
    @adamibrahim7199 Před měsícem

    YAA. RABBII BALAA NUTTII HIN’BUUSINIII ☝️☝️☝️WARRIMA BALAA SIKADHATURRATTII BUUSIII. NUTII NAGAYAA QABNAAA SUBAHAANA YAA YAA RABBII ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

  • @amhaborcha5689
    @amhaborcha5689 Před měsícem +1

    Mirgaanis, Bitaanis; fuula duraanis, boodaanis; gidduus kan jiru hundi Oromoodha. Beektotnii fi buleeyyiin osoo walitti fiduu yaaltanii.

  • @TessemaTiko
    @TessemaTiko Před měsícem

    Hayon keeyga sirdha

  • @legessedinka1945
    @legessedinka1945 Před měsícem

    Warra bakka sana tae harka reebuu waliin Oromoo tauun nama gaddisiisa .

  • @Bereda100
    @Bereda100 Před měsícem

    OMN 👉🏾KABAJABONI HAYONI KENALE BAKUMA DURI ERATI DHABATANI BOYARANI 👉🏾RABI ESISIN HAGARIGARU 🪫🥲

  • @mariemuller9904
    @mariemuller9904 Před měsícem

    Yaadaa keessaniifii fedhii keessan guyyu dhageenya kan Ummata keenya kan dhugaa San yaadaa isaatiifii fedhii isaa akkamitti arguufii dhagahuu dandeenya ?

  • @Abrahimmamed
    @Abrahimmamed Před měsícem

    Hayooni kenyaa biyaa alaa jirtan hangam takaa wal qubaa qabatanitii wa'ee umaata oromoo fi oromiyaa irraatii hojachaa jirtan ?

  • @derejegillo1334
    @derejegillo1334 Před měsícem

    Oromoon bilisoome immoo hin bilisoomn, jeechuu fi hojiin, qabatamman lafa jiru ni himma. Jiru fi jireenyi Saba ni himma. Hojiin PP iffaa ittii argaamme ni ibssaa. Olollaan kan dubatamu mittii. Nagaa dubachaa saba rakkissuun sirna Itiopia ittii. Kun beekammuu qabaa.

  • @nahimii1senna240
    @nahimii1senna240 Před měsícem

    Jaallattus jibbitus
    WBOn waraa amanamaa fii waraa Kaayyoonii Kan Ganamaa,
    Pirojektii Taanzaaniyaa RRI fudhatanii PPtii Ida'amanii tiktoota Itoophiyaa hin ta'an......
    liqimsii

  • @MamoGeda
    @MamoGeda Před měsícem

    Rakkoo oddeessuu bira darabaatti Fala himaa. Oromoon rakkoo isaatif qaama biraa itti gaafatamaa hin godhu. Rakkina keetif sababbiinis fallis isuma ta'uu qaba. Walii galuu dhabuu hayyoota Oromoo Maa Fala fiduu dadhabdan? Isinuu walii yoom galtan. Qaama biraa abaruun aadaa Oromootii miti.
    Keessa oromoo qulqulleessas

  • @user-il1vr3hf5j
    @user-il1vr3hf5j Před měsícem

    Mee oboleeyan too isiin hayyootoo mudaa tokkoo hinqabneedhaa garuu oromo Saba bala'aa fi guddaan kuun kan diigamee tokkoo ta'u dhabuu hayyoota oromooti kanaaf diinniis firriis nutufataa jiraa kanaaf Mee tokkumaa hayyoota oromootiif qabsaayaa ummanni duru tokkoo waan ta'eef .....moggaa moggaa dhaabattanii nillee bittinsuuf deemtu ...waan dhabneefii dhabuu deemnu nuttii himuun dura hayyuu oromoo tokkoomsuuf Mee maal haagoonu jettaanii...????

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 Před měsícem +1

    Yajamma? Oromo wallaga fii oromo harrare maltu jonjessee? Oromo maltuu rattesse? Sabbnnii oromo maafii fajjajee? Mallii rajiinn kunnee? Oromon Ballee Mal Taee?

  • @user-vd1ng2yn1w
    @user-vd1ng2yn1w Před měsícem +1

    Please come with new generation and newer ideas, we get tired of this nonsense propagand that doesn't save the lives of oromo people, non end disaster after disaster to oromo people .

  • @ahmedumar817
    @ahmedumar817 Před měsícem

    Faya daayi Iti mudi WBO. Oromo please 🙏 stop sitting idle Go join OLA in millions to uproot abiy Ahmed this fascist dictator Menelik custodian now

  • @derejegillo1334
    @derejegillo1334 Před měsícem

    Akkumma OPDOn TPLF gantee, Fanoon PPn ijarmtee, PP lolla jiru. Kun sirna Itiopia ittii.

  • @lenchodekema6689
    @lenchodekema6689 Před měsícem

    Malifii walin marii didan rakkon oromon keesaa jiruu wali diddaa keesan hin caaluu maltuu walin marrii isin dhogee? Kufunilee duruu jiraa akkumaa kufinetii haa haafinu ree? Porotokolaa keesantuu rakkoo oromon keesaa jiruu callaa lataa? Mee umata kana gara lafaa wolitti deebiiaa falaa barbaadaa yaa saba koo!!!

  • @ahmedumar817
    @ahmedumar817 Před měsícem

    Faya daayi Iti mudi WBO. Oromo please 🙏 stop sitting idle Go join OLA in millions to uproot abiy Ahmed this fascist dictator Menelik custodian now