Gulaantaa Olaanaa,Faarfannaa Dirree Galataa Media(Afaan Oromoo Ortodoksii Tewahidoo)

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 12. 09. 2024
  • Afaan Oromoo Ortodoksii Tewahidoo Haaraa

Komentáře • 39

  • @fanosebelay909
    @fanosebelay909 Před 4 měsíci

    Sagalee faaruu Ergamootaa si haadhageessisu Waaqayyoon manasaatti si haa tikfatu❤

  • @AmantaaDhugaa
    @AmantaaDhugaa Před rokem

    Ilmi Dubaroo Maariyaam faaruu ergamootaa isin haa dhageessisu

  • @shilimadebele2807
    @shilimadebele2807 Před rokem

    Barrii kee hundii kan eebbifamee siif haa ta'u.

  • @dirourgessa
    @dirourgessa Před rokem

    Faruu ergamoota sii haa dhageesisu ermii

  • @yadamam339
    @yadamam339 Před 10 měsíci

    Amen amen amen ebbifamaa maatii waqqayyoo🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @fenetaddisu1048
    @fenetaddisu1048 Před 9 měsíci

    Waaqayyoo sagalee isiin hadhagesisu! Maqaa faarfatichaa osoo nutti himatan bayye natti tola! Uulfaadhaa

  • @muhamedshafi4052
    @muhamedshafi4052 Před rokem +4

    _🍃🍃🍃“warri Waaqayyo isaan fure, deebi'anii faarfannaadhaan gara Xiyoonitti ol in ba'u; gammachuu bara baraatiin in gonfamu, gammadanii in ililchu, gaddii fi dhiphinni isaan irraa in fagaata.”_
    *Isa. **35:10*
    _Waaqayyoon jajadhaa! Walga'ii gara-qajeelotaa keessatti, waldicha keessattis Waaqayyoon garaa guutuudhaan nan galateeffadha! _*_far 111:1_*
    *_Elelelelelelelelelelelelel_*
    👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻
    🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
    🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️
    *_Elelelelelelelelelelelelel_*
    👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻
    🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
    🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊
    *_Elelelelelelelelelelelelel_*
    👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻
    🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
    🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️
    *_Farfaanaa ergaamota kan miraa kakaasu kan lafee jajabeesu kan dinaa kenyaa dabiloos gubee barbadeesuu isiin haa dhagesisuu Ameeen ⛪✝️🤲🏻_*

    • @MabrateeHayiluu
      @MabrateeHayiluu Před rokem

      Eeeeyÿyÿÿy dhugadha Waqayyo Isiin Haa Ebiisuu @@@@@@!!!!!!!!!

  • @sumsungsumsung2978
    @sumsungsumsung2978 Před rokem

    Farfanaa Ergamota isinii haa Dhagechisuu Ebifamaa ELELELELELELE Elelelelelele Elelelelelele Elelelelelele Amanee AmneeAmnee ❤❤❤😂

  • @lidacall9142
    @lidacall9142 Před rokem +2

    AMEN AMEN AMEN Zemare melaketen yasemalen

  • @dogimaatube
    @dogimaatube Před rokem +1

    Eebifamii Dhugaa Waaqayyoon siha guddisuu

  • @user-xt6vn7tc8s
    @user-xt6vn7tc8s Před rokem

    Farffana ergamoota sii haa dhagechisuu

  • @EmebetAlemu-ft6bg
    @EmebetAlemu-ft6bg Před rokem

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebiifamii waqayyoo sagalee jirenya sii hadha gee sii suu baraa jirenya kee haebii suu nufii jabadhu oboleesaa kenyaa

  • @mothersday3532
    @mothersday3532 Před rokem

    Waqayyoo sagalee jirenya si haa dhagesisu obolessa koo. jabadha jabaan waaqayyoo isiin haa jabessuu❤❤❤❤

  • @WadaTeklu
    @WadaTeklu Před rokem

    Baay'ee miidhagaadha. Galatoomaa!!!

  • @kebedegebisa9277
    @kebedegebisa9277 Před rokem

    jaabadha waaqayyoo isiin haa gargaaruu

  • @musekoratube8883
    @musekoratube8883 Před rokem

    Amen 🙏 Amen 🙏 Amen sagalee jireenya sii ha dhaggeessisu obbolleessa keenya

  • @kenisatube6329
    @kenisatube6329 Před 11 měsíci

    Jabaadhaa obboloota koo

  • @MabrateeHayiluu
    @MabrateeHayiluu Před rokem +2

    AMEEN AMEEN AMEEN ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @dawitamana2515
    @dawitamana2515 Před rokem

    Waaqayyo sagalee jireenya isiin ha dhageesisu
    Dagnu studio bayye hojii namatti toludha jabadhu
    Akka yaadatti Background osoo sticker ykn posture qulqullota osoo goote bayye tokko namatti tolaa akkasumas base osoo ol kaaste akkassumas animation translation suuta osoo tahe baayye tkko midhaga yoon dongogores ddhiifama hammuman beekudha
    Waaqayyoo si ha gargaruu jabadhuu

  • @simeragirma
    @simeragirma Před rokem +1

    Jalqabii gaaridha ebbifaama obbolotaankoo
    😘😘

  • @roba7937
    @roba7937 Před 9 měsíci

    Ameen3

  • @borikof
    @borikof Před rokem +1

    eebbifamaa

  • @HawiBel
    @HawiBel Před 24 dny

    ❤❤❤

  • @SedesaTesefaye-jb9bl
    @SedesaTesefaye-jb9bl Před rokem

    Ameen Ameen ameen Ameen ameen Ameen ameen Ameen ameen ❤❤❤❤❤❤

  • @sewuenakumnegar
    @sewuenakumnegar Před rokem

    Waqaayoo baraa tajaajila kee sifaa ebisuu

  • @wanshet.Tasfaye
    @wanshet.Tasfaye Před rokem

    Ameen.Ameen.❤

  • @user-jf8nv1hs5d
    @user-jf8nv1hs5d Před rokem

    Ameen ameen ameen

  • @burkimangusto-in1wu
    @burkimangusto-in1wu Před rokem

    Ameen Ameen Ameen

  • @JiregnaTsegaye
    @JiregnaTsegaye Před rokem

    Baay'ee gaariidha faaruu Ergamootaa Hunda haa dhageessisu.
    Azimachi isa dhumaa sarara 2ffaa barreeffama isaa soora ... jedheen sirratti hin gumgumu iddoon hafte Kun maal jetti.

    • @user-dw5jo6jh6p
      @user-dw5jo6jh6p Před 7 měsíci

      Soora guyyuuf jedhee buddeen har,aaf jedhee jechuudha

  • @daniellemu3671
    @daniellemu3671 Před rokem

    God bless you

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem6695 Před rokem

    Ameen Ameen Ameen 🤲🤲🤲💒⛪️💒⛪️🙏🙏🙏♥️💐♥️💐💐♥️

  • @AyeMulata-vr4kb
    @AyeMulata-vr4kb Před rokem

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ❤❤❤❤❤

  • @Alemtshayetola-vk6fp
    @Alemtshayetola-vk6fp Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤

  • @genettsagaye
    @genettsagaye Před rokem

    ❤❤❤❤

  • @burkimangusto-in1wu
    @burkimangusto-in1wu Před rokem

    ❤❤❤❤