Henock George: MIILTOO

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 12. 09. 2024
  • ONLY ON EGEREE MEDIA
    Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
    Follow us on:
    Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
    / egereemedia
    Telegram channel
    t.me/EgereeMed...
    Telegram group
    t.me/EgereeNew...

Komentáře • 159

  • @MagarsaaGetachoagrsiftutiv
    @MagarsaaGetachoagrsiftutiv Před 4 měsíci +2

    Uffee ebbifami heno ko farsan lale qufu dadhabe dhugaa fi bayye gara nama nyatu dha malo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ bayye itti boqodhes kessan ko na boji,e ebbifami

  • @bonituwario5450
    @bonituwario5450 Před měsícem

    Amen. Amen. God bless you more than this. It's a blessing and powerful gospel song .

  • @Cifaaaaaaaa
    @Cifaaaaaaaa Před 7 měsíci +8

    Faarsaankee Yeroo hundumaa kanan dhageeffadhee ittiin jajjabaadhudha dhugaa Eebbifami ammas❤❤🥺🥺

  • @AlemTolesa
    @AlemTolesa Před měsícem +1

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ebbifamii dachaa

  • @sagniregasa1
    @sagniregasa1 Před 7 měsíci +5

    Nama si yakke irraa deebi'ee jaalalli si qabe!
    Waaqayyo si haa Eebbisu

  • @Shno-jf3zn
    @Shno-jf3zn Před měsícem +1

    Uuuuuuuuf farsa kana yeron abdi dhaben dhagefaadham abdiin godhadham ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉

  • @bonymiree8869
    @bonymiree8869 Před 7 měsíci +2

    Nama si yakkeerraa jaalalli si qabee part😢
    Heny much grace

  • @hacaaluuhaile1401
    @hacaaluuhaile1401 Před 8 měsíci +3

    EYYEE MILTOO LAFA ONAA IYASUUSEE KOO OTOON BAADIIF DEEMUU KARAA JIREENYAA NATTI AGARSIISTTE ...ULFAADHU ABBAAKOO

  • @gelanagari5281
    @gelanagari5281 Před 8 měsíci +4

    "Nama si yakkerraa deebi'ee jaalalli si qabe" ❤❤

  • @user-jr9tr4kt1g
    @user-jr9tr4kt1g Před 2 měsíci +1

    waqqaayyoo baraf jireenyaa kee haa Eebbissuu

  • @AbdiTeresaErena
    @AbdiTeresaErena Před měsícem

    Wow! Amazing song

  • @yafetmengesha8178
    @yafetmengesha8178 Před 8 měsíci

    Wow this amazing henisha baayee faarfanna nama ebbisu dha ulfaadhu amas nuuf jabaadhu Heni koo❤️🔥🔥😍

  • @Abe-wk9ux
    @Abe-wk9ux Před měsícem

    Eebbifamii dachaa dhibbaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ebadiriba
    @ebadiriba Před 8 měsíci +2

    Heniko eebbifami

  • @feyisalemessa2201
    @feyisalemessa2201 Před 8 měsíci

    Goota Faarsaa Itti Aantota warra jalqabaa baalliin sirra jira Qaalii keenya! Ammas waan baay'ee sirraa eegganna! Eebbaaf Jaalala Guddaa siif qabna! Si jaallanna! Sagalee miidhaguu fi Rasaasa caalu, isa nama barsiisaa, nama keessa deddeeebi'u!
    Galatoomi!

  • @senagedarame
    @senagedarame Před 8 měsíci

    Atii nama Adatii dhugaa Ebbifaama kenyaa nuf jiradhu Ebbifaami dachan ❤❤

  • @amanueltolesa9238
    @amanueltolesa9238 Před 8 měsíci +1

    Waaqayyo Gooftaan Maccaa sihaa Eebbisuu Henok❤

  • @DagneBulo
    @DagneBulo Před 8 měsíci

    ebbifami aboo baay'een ittiin eebifame Henock faarsaa kanaani Jesus is Lord!

  • @alemutamiru9594
    @alemutamiru9594 Před 7 měsíci +1

    God bless you Henoke

  • @user-ql1vw5lt3x
    @user-ql1vw5lt3x Před 7 měsíci +1

    My God bless you more and more 😢

  • @HenockKebede
    @HenockKebede Před 5 měsíci

    Nama si yakkerraa deebi'ee jaalalli si qabe....Jaalala Yesuus

  • @gizachewijasa766
    @gizachewijasa766 Před 7 měsíci

    Faarsaa Ajaa'ibaa ti. Lubbuun koo Waaqayyoon galateeffate faarsaa kana dhageefadheetoo

  • @MartiBekela
    @MartiBekela Před 7 měsíci

    Wow ebifamii ayanii waqaayyo kanaa calaati sif haa bayatuu ❤❤❤❤

  • @zenash447
    @zenash447 Před 7 měsíci

    Waaqayyoo sia ebbisu henok Koo Abbaa ergichaa kan tae yesus kiristos galata haa fudhaattu❤❤❤❤🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹😭😭😭😭

  • @iskelabeya1801
    @iskelabeya1801 Před 7 měsíci +1

    Wow amazing song 😢😢
    Galatoomi heenook qaalii namaa

  • @oleraregasa4806
    @oleraregasa4806 Před 8 měsíci +1

    Stay blessed bro

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Před 8 měsíci

    Uuuuuufffeeee ameeeen eebbifamii eebbifamaa keenyaa ayyaanni dachaan sif haa baay'atu

  • @ragebekele3216
    @ragebekele3216 Před 7 měsíci

    Ebbiffammi waqayyoo Bara fi jireenyaa kee habbisuu!!!

  • @burtee69
    @burtee69 Před 8 měsíci

    Ameeeeen ibbiifamii kaan calaa ayyaanii waaqaayyo siif haa bayaatuu❤❤

  • @mercysileshi4314
    @mercysileshi4314 Před 8 měsíci +1

    what an amazing song😢😢

  • @user-ux4ni1ll5g
    @user-ux4ni1ll5g Před 7 měsíci

    Faarfannaa hin quufamne dhugaa . Eebbifami Eebbifami ............!

  • @waqaayyoobekkaadhaa171
    @waqaayyoobekkaadhaa171 Před 8 měsíci

    Eebifammii namaa yeroo hundaa faaruu isaan jalaadhuu siidhaa🥰🥰❤😥😥

  • @Wankooshow
    @Wankooshow Před 8 měsíci

    Dansaadha. Continue more language jajjabaadha❤🎉

  • @Kaayyoof2000
    @Kaayyoof2000 Před 8 měsíci

    Henock George MIILTOO just worship the KING LORD JESUS.

  • @sabontunegera165
    @sabontunegera165 Před 7 měsíci

    Waaqayyo si haa eebbisu Henok🥰

  • @user-zh7nk5lj3w
    @user-zh7nk5lj3w Před 7 měsíci

    Waqayo si haa ebbisu farsa ajayibati dhuga❤️🙏

  • @EndaleLeta
    @EndaleLeta Před 3 měsíci

    God bless you man of god

  • @negesaofficial5702
    @negesaofficial5702 Před 8 měsíci

    Waaqayyoo Sihaa eebbisuu
    Baayyee ittiin eebifameera

  • @segnifikr1
    @segnifikr1 Před 8 měsíci

    Good's bless you Heni

  • @kelbesamerga7336
    @kelbesamerga7336 Před 8 měsíci

    Ammallee ayyaanni waaqayyoo siif ha bayyatu.

  • @kenenisakeno
    @kenenisakeno Před 8 měsíci

    hojii bareedadha. henok joorji GBU

  • @tigisteetafarii5686
    @tigisteetafarii5686 Před 8 měsíci

    Ameeeen. Ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama. Dacha.dacha Dacha.dacha ❤❤

  • @dawashiferaw999
    @dawashiferaw999 Před 8 měsíci

    Baay'ee dinqiidha Heni! Jabaadhu

  • @meskeremtujiba9327
    @meskeremtujiba9327 Před 8 měsíci

    Ebifami dacha dacha ❤

  • @GalooGulee-nd1zw
    @GalooGulee-nd1zw Před 8 měsíci

    Nama si yakkerraa jaalallii si qabee😊😊ooohooooo

  • @DanielChalaEjeta
    @DanielChalaEjeta Před 4 měsíci

    Nama si yakkerraa haalli si qabe
    Yesuus koo

  • @efiremderessa5021
    @efiremderessa5021 Před 8 měsíci

    Nama si yakke irraa deebi'ee jaalalli si qabe...........................safuu jaalala Gooftaaf

  • @Beti-gt7ct
    @Beti-gt7ct Před 6 měsíci

    Wow this amazing

  • @senaamidaksa8317
    @senaamidaksa8317 Před 7 měsíci

    😢😢😢😢😢😢
    Nama si yakera dabi'e jalali si qaba uuuuuuffff hin qufamuu❤❤❤❤❤❤😢😢

  • @user-ti6di9tk3z
    @user-ti6di9tk3z Před 8 měsíci

    Wow bayyee natti toleera ebbifami

  • @hanagirma7018
    @hanagirma7018 Před 7 měsíci

    Ebbifami bro bayye miyaaha💕💕

  • @user-pk9mm9ht2b
    @user-pk9mm9ht2b Před 8 měsíci

    Ebbifamii Henok!!!!!!!!!!!!

  • @meetiimeetii1708
    @meetiimeetii1708 Před 7 měsíci

    Farfanaan dhageefadhe quufu dadhabee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲

  • @merartusakita7444
    @merartusakita7444 Před 7 měsíci

    Uuuuuufffeee yesus qulqulluu koo ulfaadhu ana nama cubamaa jalatemii😢😢

  • @harmeIlliiliiofficial
    @harmeIlliiliiofficial Před 7 měsíci

    Eebbifami baayyeen ittin eebbifame❤❤❤

  • @adisu2022
    @adisu2022 Před 7 měsíci

    Faarfannaa gara irraa gooftadhaf farfatameedha eebbifami Heni

  • @chaltufayisa1400
    @chaltufayisa1400 Před 7 měsíci

    Ameen hiriyaa hirkisa kooo🎉🎉🎉

  • @BINIYAMFIKADU-vc7yq
    @BINIYAMFIKADU-vc7yq Před 8 měsíci

    Heeniikoo waaqayyoo manakee haa eebbisu na eebbiseera

  • @Hawitariku
    @Hawitariku Před 7 měsíci

    Uuuffee ebbifamii 😢😢

  • @MagarsaaGetachoagrsiftutiv
    @MagarsaaGetachoagrsiftutiv Před 4 měsíci

    Wwww ebbifami heno koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GutemaHailu-kk5jh
    @GutemaHailu-kk5jh Před 4 měsíci

    Uuuffee iyesuskoo

  • @aseefaasee7265
    @aseefaasee7265 Před 8 měsíci

    Wooow wooow wooow ebbiifamii ❤❤❤

  • @Bireyotube5604
    @Bireyotube5604 Před 4 měsíci

    Ebbifamaa

  • @Kiyu_jo8nx3mz3b
    @Kiyu_jo8nx3mz3b Před 8 měsíci

    WOW Amezing song ❤❤
    EeBBIFAMII

  • @gelanagari5281
    @gelanagari5281 Před 8 měsíci

    Woow baayyeen.itti gammade

  • @TarikuTamiru
    @TarikuTamiru Před 8 měsíci

    Baga nagaan dhufte

  • @adanemamo
    @adanemamo Před 8 měsíci

    baayee natti tolam faaruun kee heeni eebbifam

  • @AbdiFekede-jb2cj
    @AbdiFekede-jb2cj Před 7 měsíci

    eebbiifamii h

  • @ibsakebedeofficial
    @ibsakebedeofficial Před 7 měsíci

    Heeniikoo eebbifami dhugaa

  • @horalemi9113
    @horalemi9113 Před 8 měsíci

    God bless you henok

  • @user-mw1hs4ft3z
    @user-mw1hs4ft3z Před 6 měsíci

    God bless you ❤

  • @diinqeeshifara753
    @diinqeeshifara753 Před 7 měsíci

    Ebbiifamii dacha ❤❤❤❤❤❤

  • @davoyoutube-nq2eo
    @davoyoutube-nq2eo Před 5 měsíci

    eebbifami

  • @dhugichatube
    @dhugichatube Před 6 měsíci

    Nama si yakkeerraa deebi'ee jaalalli si qabe😂. Intalattiidhamoo😂😂

  • @tegstkumalo-yh3rg
    @tegstkumalo-yh3rg Před 8 měsíci

    amen amen amen ebbifamee 🥰🙏

  • @saraababayo166
    @saraababayo166 Před 6 měsíci

    Amen 😢😢❤❤❤❤🙏🙏🙏

  • @user-tl6lg9sm2j
    @user-tl6lg9sm2j Před 7 měsíci

    Heenok koo waaqayyo si haa eebbisu

  • @margilolami293
    @margilolami293 Před 7 měsíci

    farfannaa dhugaa dhaggeeffadheen quufuu dadhabe,
    garuu video quality isa xiqqoo gad bu'aa ta'ee

  • @GalooGulee-nd1zw
    @GalooGulee-nd1zw Před 8 měsíci

    Waaqayyo guyyaa si haa eebbisu

  • @user-lc4tj2bu2w
    @user-lc4tj2bu2w Před 5 měsíci

    God bless you 🙏👈

  • @tejituurgaa2902
    @tejituurgaa2902 Před 8 měsíci

    Ameen ameen ebbifami hadhooko 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @KeekunOro
    @KeekunOro Před 4 měsíci

    ❤❤❤❤❤wow

  • @EvaTufa
    @EvaTufa Před 8 měsíci +1

    Amen amen ❤❤❤❤

  • @user-fy9gg5gc3j
    @user-fy9gg5gc3j Před 7 měsíci

    Woww❤❤ amazing

  • @SeneytBacha
    @SeneytBacha Před 3 měsíci

    Ameeen

  • @eboog3139
    @eboog3139 Před 7 měsíci

    Faarfanna Laphee Nama Tuquudha Galatomi Heni

  • @siifan.diroo9515
    @siifan.diroo9515 Před 8 měsíci

    Ameeeeee Ameeeeee Ameeeeee Ameeeeee Ameeeeee Ameeeeee ebifamii

  • @user-tl8ww4ol9b
    @user-tl8ww4ol9b Před 8 měsíci

    Ameeen ebbifamii nama waaqayyoo

  • @asteer966
    @asteer966 Před 6 měsíci

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebifamii ebifamii

  • @Sabboonaadhaabaa
    @Sabboonaadhaabaa Před 8 měsíci

    Gooftaa sin has Eebbisuu nama gooftaa

  • @user-fd7dl9zb3d
    @user-fd7dl9zb3d Před 8 měsíci

    Ebbiifamiii ebbiifamiii ebbifama ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @samikefale
    @samikefale Před 8 měsíci

    baaayyee gaariidha eebbifami

  • @karitutesfaye5950
    @karitutesfaye5950 Před 7 měsíci

    Waaqayyoo ha galaatomu 😊

  • @yadesashiriofficial1379
    @yadesashiriofficial1379 Před 7 měsíci

    Nama si yakkerraa deebi'ee jaalalli si qabe

  • @firikusa4491
    @firikusa4491 Před 7 měsíci

    Eebbifami dhugaa

  • @naftanmoti1501
    @naftanmoti1501 Před 5 měsíci

    ameeen.eebbifami henok

  • @tonyyazbeck4770
    @tonyyazbeck4770 Před 6 měsíci

    Ameeeeen ❤❤❤❤😢

  • @gamteessaaentertainment3565
    @gamteessaaentertainment3565 Před 8 měsíci

    Hin dandessaa 🥰🙏

  • @Eba557
    @Eba557 Před 8 měsíci

    Ebifamii Jabbaa koo❤❤❤❤❤

  • @BilantaLabata-vs6td
    @BilantaLabata-vs6td Před 7 měsíci

    Waqaayyo sii haa eebbisuu