Video není dostupné.
Omlouváme se.

EGEREE COMEDY: CABAA FAYYISA

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 26. 06. 2020
  • ONLY ON EGEREE MEDIA
    All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.

Komentáře • 423

  • @naolabdiisa4021
    @naolabdiisa4021 Před 4 lety +76

    Ayii oromo! Yaa oromo yomumaa of bartaa? Vedio habasha sa'a 1 nama 100,000 laala mee kenyaa ilaala?? Yoo isiinif hin tanees vedio oromo hundaa banaa sagalee firraa cufaa!
    Jabaadhaa wal jabeessaa! Joollee tanaaf❤❤❤🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷

    • @betiiyeemaremlejii9691
      @betiiyeemaremlejii9691 Před 4 lety +1

      Dhugaa jettee Anas Kan naa dhiibbee kanuma maliif garuu

    • @roziiyoutube7210
      @roziiyoutube7210 Před 4 lety +1

      Hhhhh😆😆😛

    • @naolabdiisa4021
      @naolabdiisa4021 Před 4 lety +1

      @@roziiyoutube7210 dhugaa miti?? Gubaadhee bar music fokkotaas baneen ilaala garuu waggaa bodas nama kuma 15 qofa lol

    • @toleraetana321
      @toleraetana321 Před 4 lety +1

      yaada kooti kun!

    • @aayyootubeimala9770
      @aayyootubeimala9770 Před 4 lety +1

      Maalo isaan anii gubadhee dubatee waa’en kenyaa bayye rakodhaam maalikaa nutu xiinnodhamoo waansa naafi galeem afaan abashafii isaan laalun beekumsaa ykn isaa biiqatti jeedhaaniin sana itti fakkataam baayye isaanii

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha2927 Před 4 lety +11

    Nuuf jiraadha dhugaa galatooma baayye nu boharsitaniittu dhugaa😃😃😃😃😃😃❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @shibirathyupia8458
    @shibirathyupia8458 Před 4 lety +4

    WAYYOO GARAA KOO KOLFAAN
    DU'EE😂😂😂😂😂😂😂💚💚💛💚❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
    JIRAADHAA SANYII OFFI😘😚😘

  • @halke9397
    @halke9397 Před 3 lety +1

    This boy waqoo Getachoo is Killin us with his jokes at Kenya..let him come Nairobi and did what he knows best 😂😂

  • @burteetube3415
    @burteetube3415 Před 4 lety +3

    Ani wanumaan ittin sin ibsuun dhabee bar❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @dinqoo2948
    @dinqoo2948 Před 4 lety +4

    😅😂😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣 Wooww umurii dheera nuuf jiraadhaa namati toltuu

  • @jiruumaarafsifiillaadhee913

    Baayeee nama bohasiituu dhugaa gaallaatoomaaa💘💘💘💘👍👍

  • @yesusabdiinkoo7690
    @yesusabdiinkoo7690 Před 4 lety +1

    Kkkkkkkkkk ebbifamaa dachaa dachaan dhugaa bayyee namatii toltuu bayyee sin jaalana 💓💓💓💓💓💓💓💓

  • @ashiiteshow7679
    @ashiiteshow7679 Před 4 lety +1

    Wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo wayyoo 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
    Akkamumaa isin irraa haa tahuu anii

  • @oromofioromiyaa1312
    @oromofioromiyaa1312 Před 4 lety +3

    ❤❤❤❤❤ hedduu namaati toltuu garuu diramaa hiree dhuftaan mallee😭

  • @oromitittiwaramacatube1922

    Jabadhaa bayee namaattii toollaa qosanii kesaanii barinoottaa heduu offii kessaa qabaa

  • @golaafaarfannaa6176
    @golaafaarfannaa6176 Před 4 lety +1

    Kkkkkkkkk bay'ee namatii tolaa dhugaa jabadhaa

  • @elshadaiionline7276
    @elshadaiionline7276 Před 4 lety +2

    Kkkkkkk😁😁😁😁😁jabadhaa Gobazota kenya bayyee sin jaladhaa 👏❤

  • @tadelutadese7296
    @tadelutadese7296 Před 4 lety +1

    Uuuuuufffffeeee kolfaa nama fixuu dhuga 🤣🤣🤣🤣🤣👏⚘

  • @oftaanaanadimaasuu6060

    Jabaadhaa hojii bonsaa hojeechaa jirtuu jabaadhaa ! ❤️💚❤️

  • @nayadnayad117
    @nayadnayad117 Před 4 lety

    Kkkk namaati tolataan Sanyii ko jabadhaa isiin jaladhaa🤣🤣🤣❤️❤️❤️👏

  • @asentigudisaa4580
    @asentigudisaa4580 Před 4 lety

    Bayyee bayyeesa namatitola dhugaa nuuf jirdhaa qaxalee waa nin keenyaa jabadhaa itti fufaa 👌👌😂😂😂

  • @kisedagu5577
    @kisedagu5577 Před 3 lety

    Waqayyoo bichan bakkaa jirtaanittii isin yaa eguu gaarin oromiya keessa hin bulluu ❤❤❤💓❤❤💓💓💓💓💓💓

  • @hawahawa2475
    @hawahawa2475 Před 3 měsíci

    Ebbifaamaa ebbifaamaa 😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤

  • @almewako6613
    @almewako6613 Před 4 lety

    Uuuuu kolfii nu fixee baayyee namatti toltuu jabaadha😅😅😅😃😃😃🙂🙂

  • @derartuchemeda8011
    @derartuchemeda8011 Před 4 lety +4

    Dhugaa baay'ee tokkoo namatti toluudha 🤣🤣🤣🤣🤣🙆‍♀️🙆‍♀️

  • @gannatwarii7900
    @gannatwarii7900 Před 3 lety

    Baye namati tola jabadhaa

  • @user-wj7vc3kn8w
    @user-wj7vc3kn8w Před 4 lety +1

    😂😂😂😂😂😂😂😂
    Nuf jiradhaa dhuga hedduu namatii toltuu😍😍😍🙏

  • @firaaolidastaa8679
    @firaaolidastaa8679 Před 3 lety

    Kkkkkkk wayyoo wayyoo garakoo bayyee namitii tolituu jabadhaa

  • @betiiyeemaremlejii9691

    Wwwwwwwooooooo bayyeee namatii toltanii dhugaa waqayoo siin yaa garagaruu nufii jiradhaa 😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @tolishidagaga6431
    @tolishidagaga6431 Před 4 lety

    Maloo korofaa du,e kaa waqayyoo koo isiini agagaruu jabadhaaa

  • @meemimeemi4935
    @meemimeemi4935 Před 4 lety

    Dhuga batee namati tolaa diraman kesani wowwww akanumati itii fufaa 👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤😆😆😆😆😆😆😆

  • @sabontuuintalaaoromitiorom3809

    Kkkkkkkkkk woyoo sanyiiwan koo heduu nama boharsaa jabadhaa

  • @sisaymijanatube8914
    @sisaymijanatube8914 Před 4 lety +1

    Yaa Qabooo😎🎥

  • @godisgoodwaaqayyogaariidha3618

    Kkkkkkkkkkkkkkkk wayyoo garaa koo ijoolle kana akkattan jaaladhu dhugaa nuuf jiraadha 😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤

  • @galmaadhugaafjiraadhugalma435

    Bayeee namatti toltuu ebbifamma 😍😍😍wayyoo garaakkkkķkkkkk😁😁😁😂

    • @Gk-tq9jg
      @Gk-tq9jg Před 4 lety

      🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @bireexshawagindoo3275
    @bireexshawagindoo3275 Před 4 lety

    kkkkkkk dhugaa kolfii garaa naa dhukubsee bayee baredaa jabaadha

  • @seennaaseennaa3411
    @seennaaseennaa3411 Před 4 lety +1

    kkkklkkk qaboo hujii kee😆😆😆

  • @gizuutube413
    @gizuutube413 Před 4 lety

    😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀😀bay'ee namatii tolituu Eebbifammaa

  • @hikohiko3052
    @hikohiko3052 Před 4 lety

    bayeee Namati tolaa jabadha

  • @sinboabdi3839
    @sinboabdi3839 Před 4 lety

    Wayyo gara koo akumati itti fufa jabadha dhuga bayye namati tola

  • @user-ft6yb7bv9f
    @user-ft6yb7bv9f Před 10 měsíci

    Jabaadhaa ijoollee abbaa gadaa

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Před 4 lety

    Waw baay'ee namatti toltuu jabaadha lammiiwwan koo😍😍😍👍👍🤗🤗🤗🤗

  • @fozyh1122
    @fozyh1122 Před 3 lety

    Uuuuuf Bayer mama toltu

  • @aminahadeka6022
    @aminahadeka6022 Před 4 lety

    Jajabadha ilman oromo wal haa jabesinu artinkenya kana boda gudachu qaba nule issin cina jira✊✊✊✊✊✊✊✊

  • @user-ml1uf6cf9r
    @user-ml1uf6cf9r Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤❤ Akkaam namatii toltuuu

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 Před 4 lety

    Yaa hoji kee qaboo kkkk wayoooo garaa koo jabbadhaa namati toluu sanyiwain koo ❤️💘

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus8479 Před 4 lety

    Kkkkkkkkkk bay'ee namati tolaa jabadha itti fufa ijoollee kakuu💝💞💞

  • @betiitube74
    @betiitube74 Před 4 lety

    Ebise futa kaa uuuu gara koo bonatuu 😁😁😁😁😁😂😂😂😂😂🙆🙆🙆🙆🙆🙆💞💞💞💞

  • @romanfekede2562
    @romanfekede2562 Před 4 lety

    Uuuuuuuuuuufff kolfan nama fixuu dhugaa😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @yesuskakukoosinqofadhaphon8925

    kkkkkk yaa hojii kessan namati toltu Ebbiifamaa

  • @daily.motivation6264
    @daily.motivation6264 Před 4 lety

    hhh namatti tola jabadha namittin rifensa marga tigray sunis sirritti act gotetti dhukubi sana feel godhera ... wow

  • @mareechala7236
    @mareechala7236 Před 3 lety

    Kkkkkkkkkkkkkkkkkk Bayee namati toltuu eebbifama,

  • @gedemamuleta8657
    @gedemamuleta8657 Před 4 lety

    Kkkkkkkkkkkkkkkk baayee namati tolaa ebbifamaa ebbifamaa

  • @hayilugichile7304
    @hayilugichile7304 Před 3 lety

    Halaan bareeda! jabaadha itti fufa

  • @yesusjirtadha1867
    @yesusjirtadha1867 Před 4 lety

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂Ebifamaa gudaa jabdhaa iti fufnaa ❤️❤️❤️

  • @caaltuuaddunyaa6966
    @caaltuuaddunyaa6966 Před 4 lety

    🤣🤣🤣 Bayye namati tola jiraadha jabbadha oromoo koo

  • @yedenibety3703
    @yedenibety3703 Před 4 lety

    Ebbifamaa namatitolaa

  • @shawayyeeambooCor
    @shawayyeeambooCor Před 4 lety

    Kkkkkkkk namaati toltuu uuffii nuu jiraadha.dinnii keessan haa jamtuu.lammiikoo eebbifaama.namaa bohaarsiituu

  • @genetgenet68
    @genetgenet68 Před 4 lety

    Wwwww baya,ee baredaa jabadhaa ebbifamaa

  • @fanteewaaqee5735
    @fanteewaaqee5735 Před 4 lety

    Jabadhaa ijoollee keenyaa bayyee nama kofalchistuu

  • @dannamabubaaa8481
    @dannamabubaaa8481 Před 3 lety

    Jabadhaa qacalle wanni kenyaa

  • @mustobintmahmedggy7542
    @mustobintmahmedggy7542 Před 4 lety +1

    Kkkkkkkkkkk wayooo gara koo

  • @sharesshares8818
    @sharesshares8818 Před 4 lety

    Hhhhhh woow baye namati tolatu jabadha namichi garu isukomemo hicacabaseni jedhama kkkk

  • @helenbaqalaa3566
    @helenbaqalaa3566 Před 4 lety

    Kkkkk umuri nufdheeradha obbolako

  • @darbuunkeenyaahinoluu7506

    Kkkkkkkkkkkkkkk yaa hojii kessani namati tolee ebbifamaa

  • @ayantoayanto1165
    @ayantoayanto1165 Před 4 lety

    Hhhhhhhhhh baayee namatu toltu ebbifama

  • @munaamin1645
    @munaamin1645 Před 4 lety

    Bayyee siin jaladhaa nuf jiradhaa

  • @caaltuulijtewaahidoo9452

    Jabbada lammii koo bayee nama gamacisaa 💋💋💋💋💋💋💕💕💕💕💯💯💯

  • @kuleeintalaashawaa1474

    Kkkkkkkkk namnii tolaa bayyee

  • @user-vp5op5bt9w
    @user-vp5op5bt9w Před 6 měsíci

    I proud of you

  • @oromiyaaoromtichaaoromoo6971

    Kkkkkkkkkkk wayii carraa oromoo.barumsaa qabaa galatoma❤

  • @tonyfraiha3822
    @tonyfraiha3822 Před 4 lety

    Waawuuuuuuuu bay.ee namati tola

  • @bxhdhxnxb5718
    @bxhdhxnxb5718 Před 4 lety

    Abboo bayyee nama garmtuu Ergaa guddaa qaba

  • @seenaaoromoo5325
    @seenaaoromoo5325 Před 4 lety

    Nuf jiradhaa bayyee sin jaalanaa ijolee kanaa bayyeen jaaladhaa dhugaa

  • @qamararsii9396
    @qamararsii9396 Před 4 lety +1

    Like itti roobsaa mee dhugaa baay,ee bareedaa

  • @Asliyatube37
    @Asliyatube37 Před 4 lety

    Kkkkk Wayyoo garaa koo kolfaan Muxuux na gootaani Hamaa isinirraa haa qabuu

  • @hewiselam4416
    @hewiselam4416 Před 4 lety

    Jabbadhaa kk

  • @rashidaabdella5992
    @rashidaabdella5992 Před 4 lety

    Bayee baredaa jabdhaa🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @abdurazaamohammed5589
    @abdurazaamohammed5589 Před 3 lety

    Bayyee tokkoo namatii tolaa😍

  • @ikimaawallagaa437
    @ikimaawallagaa437 Před 3 lety

    😃😃😁ebiseee dhabee kaa milii cabee

  • @wabiidagagaa2584
    @wabiidagagaa2584 Před 4 lety

    Kkkk yagaraa koo matii naf ta,aa ijjoollee keenyaa hordooftoonii EGeRee media please

  • @wallaggaatubetube7652
    @wallaggaatubetube7652 Před 4 lety

    Wooowooowooo kabaadha namatti tolaa kkkkkk eebbisee fuuta kkkkk

  • @azoz87samri65
    @azoz87samri65 Před 4 lety

    Wayyoo yaa qaboo siidhumatte !!!!!! Caba irratti caba 😀😀😀😂😂😂😂😂😂

  • @samiramohammad7457
    @samiramohammad7457 Před 4 lety

    Inni dhidhiibduun sun uffata sana eessa funaanee uffatee

  • @zeritukebebe7765
    @zeritukebebe7765 Před 4 lety

    Bay'ee nati toltaan jabadhaa.
    Itumaa fufaa qaccalewwaan kenyaa

  • @aayyootubeimala9770
    @aayyootubeimala9770 Před 4 lety +1

    Kkkkkk😂😂😂😂🤜🤜 annii bayyen siin diinqiisdifadhas waaqnii bara keessan haa eebbiissu jiiradha

    • @dssse3700
      @dssse3700 Před 4 lety

      KKKKKKKKKKKK 😂😂😂😂😂😂😂

  • @blinebline9518
    @blinebline9518 Před 3 lety

    Kkkkkkkkk kolfan nuu fixan eebifam 🥰🥰🥰🤩🤩🤩😍😍😍♥️♥️♥️♥️♥️

  • @doryghamshoul7824
    @doryghamshoul7824 Před 3 lety +1

    Jabadhaa 🙏🙏🙏😘😍❤❤💚💚❤❤

  • @anisoromoodha6144
    @anisoromoodha6144 Před 4 lety

    Wow jabadha namatti tolaa👩‍🎓😎

  • @adanechakawak3868
    @adanechakawak3868 Před 4 lety +1

    So funny good job Oromo koo

  • @tolasatiruneh8508
    @tolasatiruneh8508 Před 3 lety

    jabaadhaa aartii oromoo kana guddisuuf karaa sirrii qabattanii jirtu!.

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin6456 Před 4 lety

    Kkkkkk woyyo garaa koo maaloo kolfan nuu fixanii ilalchii sihasa isa maalidha jeteeni kuni wamma biyyati sanna kessa jirudha jabadha

  • @amenraya5028
    @amenraya5028 Před 4 lety

    Isa kanatuu irra fayyadha😋😋😋💞💞😀

  • @singeralmaazwarqinaacell6244

    Ebbifama

  • @dursamiressayoutubechannel7008

    Komeedii baay'ee namatti tola dhugaa jabaadhaa

  • @almasalemu5487
    @almasalemu5487 Před 3 lety

    Bayee namati tola kkkkk

  • @ashiiteshow7679
    @ashiiteshow7679 Před 4 lety

    Hhhhhhh Hhhhhhhh hhhhhhh dhuga waaqaa bagaa oromoo naaf tatee ijolee kun I lovely brothers my people

  • @hhdjdhdjkdk425
    @hhdjdhdjkdk425 Před 4 lety

    Yaa eebbise🤣🤣🤣

  • @davem6319
    @davem6319 Před 4 lety

    Kkkkkkkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣nuffi jirradha ijjole gotta Abidisa Aggaa

  • @koketTomas
    @koketTomas Před 4 lety

    Wooooww!
    Jabaadha baay'ee gariidha itti fufa

  • @shibirathyupia8458
    @shibirathyupia8458 Před 4 lety

    Uuuuufee EEBIFAMA BA'YEE NAMATTII TOLTTUU
    JABAADHAA ITTIFUFFA
    👉❤💛💚❤💛💚💚🌹🌹🌹👈

  • @dgdxchdfvc6061
    @dgdxchdfvc6061 Před 4 lety

    Kkkkkkkk Ebbifamaa obbolltaa koo

  • @umiyeesabontuuoromo8204
    @umiyeesabontuuoromo8204 Před 4 lety +1

    Kkkkk itti fufaaa 🥰🥰

  • @sifanmalaku2369
    @sifanmalaku2369 Před 4 lety

    Ebbifama😂😂😂😂