NAGAANKOO GUUTUUDHA: YAADANII MARGAA

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 7. 09. 2024
  • Thank you for watching #WAKJIRATUBE. WakjiraTube brings you Oromo gospel songs from Ethiopia. Subscribe for more videos. God bless you!!

Komentáře • 289

  • @user-ql6el2rs7e
    @user-ql6el2rs7e Před měsícem

    Mee maattii naa tahaa maloo ijoollee gooftaa waalii maalee malii qaban😢😢😢🎉

  • @adisubariya1429
    @adisubariya1429 Před 4 lety +7

    Waaqayyoo si haa eebbisu.! Namoonni baay'een faarfannaas ta'e haala uffaana akka sirra baraatan dhaamsa koo isa guddaadha.!

  • @yadaniabiraham7967
    @yadaniabiraham7967 Před 5 lety +4

    Dhugaadha yaadoo koo waaqayyo dacha si haa ebbisu dubbi minyaa'a tu burqa afaan kee keessaa ebbifami barri kee haa ebbifamu itti ebbifameera
    Ilililililililililililililililililililililili ameen ameen ameen

  • @tesfayetenkolo8916
    @tesfayetenkolo8916 Před 5 lety +12

    Yaadoo keenyaa! barreeffamnikoo kun si quubsuu yoo battes, Ayyaanniisaa....
    kanaaf nagaankoo guutuudha. dhalootni baayeen afaan dubbatu male,e, isa dubbataniifi lallaban, farfaatan sana ta'anii hin argamani. Ati garuu isa jette sana ta'ii argami. Eebbifami.

  • @martinab2055
    @martinab2055 Před 3 lety +7

    ጌታ ይባርክሽ. ኣሜን! ሰላሜ በጌታ ሙሉ ነው.
    Please don’t change and stay humble my sister in Christ. 💕

    • @gizachewtamiru6393
      @gizachewtamiru6393 Před 2 lety

      መደብ ውስጥ የሚከተሉት ሌሎች የሚከተሉት ሌሎች የሚከተሉት ሌሎች የሚከተሉት

  • @dinqedassaallenyiduresa7170

    waan hundaa caala natti dhiyyaate jirta kanaaf rakkon koo eessan natti mul'ata .ameen yesuuskoo .eebbifamii dachaan

  • @asegedudame1398
    @asegedudame1398 Před 4 lety +2

    gooftaan dabalee sii haa eebbissuu dhugaa dha mana gooftaan jiru hunduu nagaa dha ameen

  • @yohanaaandayman6669
    @yohanaaandayman6669 Před 5 lety +3

    Atii waan naa wajin jirtuuf anni nagaadha yesus ebifami obolletikoo

  • @eguetana
    @eguetana Před 5 lety +2

    Yaadanii Isa qooqa bareeda kana siif kenne waaqayyoon haa galatu. Siinis Waaqayyoo haa eebbisa. faarfannaa keetiin baayyee ittiin eebbifameera

  • @gadisabekele5449
    @gadisabekele5449 Před 4 lety +1

    Waaqayyo Ayyanasaa siif haa baay'isu gaafan dhaggeeffadhu hundumaa akka haaratti lubbuunkoo itti boqotti!

  • @katreenakatreena7561
    @katreenakatreena7561 Před 6 lety +1

    Ameeeeeeeen Mana Ati jirtu Hunduu Nagaadha!! Halleeluyyaa Ebbifami Sistukoo

  • @sanyiihabtee2232
    @sanyiihabtee2232 Před 4 lety +2

    Ayyaanni Waaqayyo daddalee amma illee sif haa baayyatu! eebbifami!

  • @nigatuadula3451
    @nigatuadula3451 Před 4 lety +1

    dhugaa baaye namattii tola waaqayyon dachaan issin haa eebbisu.keessatuu haalli ufaan keetti baaye namatti tola dhaloota bara kana keessa atti nama addaatti kana caalaa jabbaadhu arraariif ayyananii waaqayyo dachaan sii wajjiin haa jiratu. eebbiffaami

  • @sagniregasa6634
    @sagniregasa6634 Před 6 lety +24

    Faarsaa hedduu namatti toluuf nama haaressuudha, best video! Warroonni vcd dhaan of agarsiisan kanarraa baratanii ergaasaanii seera qabeessaan yoo faarsan namatti tola! Eebbifami obboleetti
    Nagaa Nagaa Fayyyaa fayyaa mana ati jirtu hunduu fayyaa.....

  • @firiidhiigaayesuus4518
    @firiidhiigaayesuus4518 Před 6 lety +1

    kanumaa caala ayyanni waaqayyoo siif haa dabalamuu .Eeyyeen bakkaa yesuus jiruu nagaatu jiraa eebbifamiiii

  • @MegersaKeno
    @MegersaKeno Před 11 dny

    Waqqayyoo baraa Kee haa ebisuu

  • @user-lz7wk5of9d
    @user-lz7wk5of9d Před 3 měsíci

    ❤❤❤❤ Ebbifamaa singer yadii koo

  • @ibsatolera
    @ibsatolera Před 5 lety +1

    YAADII.......eebbifami itti boqodheera Gooftaanko dachaa ayyaanasaa sirrattaa dabalu

  • @birhanudaba5328
    @birhanudaba5328 Před 5 lety +2

    Barrikee haa ebbifamu akkasi waaqeffanan duubanis of sireessanii tajaajiluun ergan sun akka hawwatamu taasisa Gooftaan sii haaa ebbisu nu jiraadhu

  • @nourkh1880
    @nourkh1880 Před 5 lety +1

    Elelelelelelelelelelele ebbiffam dachaa ayyabisaa ammalee itti siif yaa daballamu 🎤🎸🎻🎺🎹

  • @sinbokoojesus6208
    @sinbokoojesus6208 Před 3 lety

    Uuuuuuuffffeeeee Ayyanni Dacha Sifa Baayattu 🙌🙌🙌🙌😘😘😘😘😘
    Kanafi Nagaan Koo Guttudha 🙏

  • @eteneshabdi8983
    @eteneshabdi8983 Před 5 lety +1

    Ameen ayyaanna isaa kan caalaa siif haa dabaluu!!!

  • @bellalebanon1320
    @bellalebanon1320 Před 4 lety

    Uuuuuffffeee Ameeeeen Ameeeeeeeen nagaa kodhaa atii yesusko ebbifami ayyaani waaqayyo dacha siif haa dabalamu

  • @agmaxmgmad2864
    @agmaxmgmad2864 Před 3 lety

    Ufffffeeeeee eebbifamii dachaa yaadoo koo ayyannaa isaa dachaa sifii haa dabaluuu!!!

  • @abalenedhugaketiqomokoonaj5251

    Uuuuff amen waqayyoo guda si.aa ebbbiissssuuuuuuuu ebbifamii barakeeee gutuuuuu mucaa kakuuu naga naga haha mana atik jirtuuu hunduuu nagaa

    • @wagedibisa7616
      @wagedibisa7616 Před 5 lety

      Abalene dhugaketi qomokoo ayyaanichi sirratti haa hafu namati tola baayee nama gammachiisa

  • @feyisoereso7594
    @feyisoereso7594 Před rokem

    Ebbifamii nama waaqayyoo!! Bayee ittii ebbifamee Farfanaa kana🎹🎹🎼🎸❤️❤️

  • @rahelmersha4113
    @rahelmersha4113 Před 4 lety

    Eebbifamii giiftikoo uuffeeeee yesuusee maliin yoo si'ibisaan keessi nama boqqotaa uuffee galatommikaa abbaakoo!!!!!!!!!!!!

  • @ruutnamee1719
    @ruutnamee1719 Před 6 lety +1

    Golaa ati jirtuu hunduu nagaadhaa yesus uuuuuff halaluyyaa. Dachaan eebbifamii

  • @yohanaaandayman6669
    @yohanaaandayman6669 Před 6 lety +5

    hadhakoo calaa natii antee jirtaa ufffffff yesus ❤❤❤❤❤

  • @ayantuabdissa4996
    @ayantuabdissa4996 Před 4 lety

    Farfaannaa kana dhaageefadhee qufun dadhaabee uuuuuuuuuffffff waaqayyoo saa eebbiisu yaadani mucaa abbaa koo Asee nuun gahu keef eebbiifami hallii ufannaa ishe immoo warrii qullaa farfatuu irraa barataa jedhen yaada!

  • @amenujena2250
    @amenujena2250 Před 5 lety +1

    Ameen, Yesus ko waa'ee keef nagaan ko guutuudha.
    Eebbifami garbittii Waaqayyo jirtaa.

  • @firomsabacha2935
    @firomsabacha2935 Před 5 lety +1

    Eebbifami, Ayyaannisaa Siif Haa baay'atu!

  • @QataaNufBariesaaamen
    @QataaNufBariesaaamen Před 6 lety +3

    Amen Amen Amen Ebifama farsa Naga namaf latu nuu haferu kesanif.mana yesus jiru hundu Naga dha Ammeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee Ammeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee Ammeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee Ebifama dacha

  • @oromumaakeengeseeyerorn594

    Ba'ee namatti tolaa tasigabooftee farfachuun ishee nagamachisee jira jiradhu

  • @metikennad.1209
    @metikennad.1209 Před 5 lety +1

    Amen Nagaankoo Guutuudha! Ebbifami Yadukoo. May the Lord bless you with His endless blessings.

  • @jiituuamboofinfinnee9104
    @jiituuamboofinfinnee9104 Před 6 lety +1

    Ebbifaami dachaa dachaa kennankee kanumaa caala dachaa haa dabaluu dhugaadha ani itti ebbifaamera

  • @user-wj7vc3kn8w
    @user-wj7vc3kn8w Před 5 lety +1

    Ameeeeeeeeeeen
    Ameeeeeeeeeeen goftan sii ha ebisu ebifami maqa iyesusni ameeen
    Naga naga mana atii jirtu naga ameeen yesusi ko ebifamiiiiii🙏🙏🙏🎶🎧🎤🥁🥁🎺🎻🎸🎙👏👏👏💕💕💘💘💘💘💘🤲🤲🤲🌹🌹🌷🌷🌷

  • @abiabi4140
    @abiabi4140 Před 4 lety

    ebbifamii waqayyoi ammalee saa ebbisuu dhugaa farsaa baayyee waaqayootti naama dhiyeessudhaa

  • @solomon5376
    @solomon5376 Před 5 lety +1

    Warri kennaa faarsuudhaa qaban kunoo akka kana!! Lafa dhiituu dhaa fi ragaduu HIN barbaachiisu!! I hope other singers learn from this refreshing song. May God bless you sister abundantly and use you to serve His people around the world. Much respect and love from N. A.

  • @negasatsegaye3094
    @negasatsegaye3094 Před 5 lety

    ameeen yesuus nagaa keenya guddaa eebbifami,yaado ayyanni goofta ammallee dacha sirratti ha ta'u!

  • @albertelias9184
    @albertelias9184 Před 3 lety

    Yaddookoo gudda galatoomii ❤ ❤ 💖 💖 ayyanniisaa isaa sifi haa baayatuu ameeeeeeeen 💛 💚 💙

  • @tigisttesfaye5014
    @tigisttesfaye5014 Před 4 lety

    Waqqayyo baraakee gutuu fayya siif haa laatu yaadikoo namattitolaa hundisayyu jechikees dhabbinkes

  • @omaralshamsi5012
    @omaralshamsi5012 Před 6 lety +1

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen uuufffiii Ameen ameen ebiffamii dachaa mucaa kakkuu

  • @jesusisall6420
    @jesusisall6420 Před 6 lety

    Ameen Ameen............Ebbifami wqy si ebbisu ayyaani fi dibani isaa dachaa sif haa bayyatu.

  • @ketemadugo217
    @ketemadugo217 Před 4 lety +4

    Obboleettii koo ebbifamii ! faarsaan kun keessa namaat haareessa ......

  • @faayaaofii2372
    @faayaaofii2372 Před 6 lety +1

    Ameen hallelujah
    Kanaaf nagaako guutuudha!
    My God bless you 💚💚💚

  • @user-cl3tg8nz6z
    @user-cl3tg8nz6z Před 8 měsíci

    Ameeeeeeeeeen 🙏🙏🙏 Ebifamii yadii

  • @amenujena2250
    @amenujena2250 Před 5 lety +1

    Ameeen, Yesus waliin nagaa. Manni koos nagaa.

  • @berekagadefa4833
    @berekagadefa4833 Před 5 lety +1

    uuuuuuuuuuuufffeeeee ameeeeeen gola ati jirtuu hunduu nagaa baay.ee iti boqodhee darbii demii kan calaa sinboo waqayyoo sif haa dabalamuu

  • @tadelechmulunehmuluneh7080
    @tadelechmulunehmuluneh7080 Před 4 měsíci

    Ebbifami dachaa ❤❤❤

  • @badhasafayisa
    @badhasafayisa Před 4 lety

    waaqayyo baay'isee si haa eebbisu. faarsaa baay'ee namatti toluu fi nama jijjiirudha ammas ayyaanni wwaaqayoo siif haa baay'atu! God bless you yadeni.

  • @bijiganegera5389
    @bijiganegera5389 Před 3 lety

    Waaqayyoo ayyaana kana irra caalu siif haa laatu! Eebbifami

  • @isaanaafdhigeeiyesuusekoo6667

    Wanani qabun sin maddalu yoni dhabbe sin walaluu si keesaani ialalee barakoo tasa baduu siraka dhumnikoooo ebbifamiii yadokooo sin jaladha gooftan si jalata

  • @faayaacimdeessaa9290
    @faayaacimdeessaa9290 Před 5 lety +2

    golaa atii jirtu hunduu nagaaaaaaaaaa!!!!! gudda eebbifami

  • @gemtamegersa999
    @gemtamegersa999 Před 5 lety +1

    baay'ee namatti tola yaado ayyaanni waaqayyoo kana caalmaatti siif haa baay'atu

  • @adanenega8869
    @adanenega8869 Před 5 lety +1

    Eebbifami giiftii koo barri kee haa eebbafamu.

  • @laliseklebsa1939
    @laliseklebsa1939 Před 5 lety +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifami dachaa dachaa itti fufi jabaadhu goofta si haa ebbisuu nama waqqayyoo beekuu dhugaadha baay'ee nati tole farfannaa kee ebbifami dachaa dachaa itti fufi jabaadhu goofta si haa ebbisuu nama waqqayyoo beekuu dhugaadha baay'ee nati tole farfannaa kee ebbifami dachaa

  • @destagurmu9342
    @destagurmu9342 Před 5 lety +1

    Eebbifami! Waaqayyoo bara kee ha eebbisu!!!

  • @shalomhailu5950
    @shalomhailu5950 Před 5 lety +1

    ameen.ameen ameen.ameen ameen.ameen ameen.ameen ebbifami dachan obboleetti koo. uuffffeeeeee.yesuus

  • @dagnekebede316
    @dagnekebede316 Před 4 lety

    Farfanna kanatti eebbifameera. eebbifami ayyanasaa kana calaatti siif haa dabalu.

  • @letibrhanu67
    @letibrhanu67 Před rokem

    Eebbifamii nu jiraadhu yaadoko nama Ayyaanni dhugaan irraa jiruu!!!

  • @ayantumotiapp8606
    @ayantumotiapp8606 Před rokem

    jabduu køø ñäf ebifaamii qaxalee køø

  • @jifaragonfa6404
    @jifaragonfa6404 Před 3 lety

    baayyee namti tola ,eebbifami ,yoo farfatan akkaketi yaa

  • @adanechakawak3868
    @adanechakawak3868 Před 4 lety +1

    Wow ebbifaamii dachaa amen

  • @hikaendalu5107
    @hikaendalu5107 Před 5 lety +1

    Ayyaannii siif haa baay'atu yaa mucaa waaqayyoo

  • @isaanaafdhigeeiyesuusekoo6667

    Ati dhuftee Eyyekaasusi anf dhufte gabii gotee bubee nati hamamte naga koo gutudhaa Ammmmmeeen

  • @asteraster3252
    @asteraster3252 Před 4 lety

    kanaf naagaan koo guutuudha ammeen waaqayyoo bara kee yaa ebbisuu ayyanni isaa daachaa sii raatti yaa daabalamu barreeduu koo

  • @mulunegari7984
    @mulunegari7984 Před 4 lety +1

    THANK YOU THAT'S TRUE DEAR BROTHERS AND SISTERS MAY GOD PROTECT YOUR GENERATION FROM EVIL WORKS!

  • @abdiinjiraeyesusbiraa8760

    Ebbifamii dachan darbi demii Farsaa bayyee namatii toludhaa

  • @user-vh6du4fs9k
    @user-vh6du4fs9k Před 6 měsíci

    Gallattommi obbolleettii koo goftan si haa ebissu ebifami❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gebayoatomsa175
    @gebayoatomsa175 Před 3 lety

    Eebbifami jabaadhu

  • @abboneshtakkala689
    @abboneshtakkala689 Před 2 lety +1

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebbifamii ebbifamii 🥰

  • @bontufikadu7519
    @bontufikadu7519 Před 6 lety +3

    Amen amen amen amen amen amen amen ebbifami giftikoo

  • @bayisa_guta
    @bayisa_guta Před 5 lety +1

    Faarfannaa baayyee namatti toludha. GOD BLESS YOU!

  • @almewako6613
    @almewako6613 Před 5 lety

    Ameeeeeeen Ameeeeeeee uuuuuuuuuuuuffffffffffff yaa waaqayyoo si yaa galatu waaqayyoo baraa kee si yaa eebbisu eebbifami

  • @Daadhii1320
    @Daadhii1320 Před rokem

    Ameeeeen ebbifamtukoo ebbifamii yadoo

  • @hindhibugirma2051
    @hindhibugirma2051 Před 5 lety +1

    Ayana kanacaluu siiiiiiiiif hakenuuuuuu ijahamtun sihinargin

  • @gutafayisa3331
    @gutafayisa3331 Před 3 lety

    yesus nagaa koti, mootii nagaati.!
    Eebbifamaaaaaa

  • @negumatube4403
    @negumatube4403 Před 4 lety

    wow baay'een jaalladhe faarfannicha. Eebbifami obboleetti koo

  • @user-sw7km4ny4t
    @user-sw7km4ny4t Před 2 měsíci

    Ameen ameen ameen ebbifam dachaa

  • @eteneshabdi8983
    @eteneshabdi8983 Před 5 lety +1

    Eebbifami hubaana Kan caaluu siif haa dabaluu!!

  • @simboworku2486
    @simboworku2486 Před 5 lety +1

    Ameeeeen mana atti jirtuu hundu nagaadha goofta koo!

  • @tiakolbi1129
    @tiakolbi1129 Před 5 lety +2

    Ameeen🙏🏼eebbfami good song😘

  • @hirutogato7503
    @hirutogato7503 Před 2 lety

    My favorite song ever be blessed my sister ♥️♥️🙌🏾

  • @abditagasu878
    @abditagasu878 Před 6 lety

    Wow....Eebbifami....bayyee Waaqeffanna Hafuuraf nama kakasu

  • @almewako6613
    @almewako6613 Před 5 lety

    Uuuuuuffffffff faarfannaa kana dhageefadhe hin quufu ayyaan goofta dacha siif yaa dabalamu

  • @wabiidagagaa2584
    @wabiidagagaa2584 Před 4 lety +1

    Attii Anaaf dhuftee duukaanaa keessa ifaatii naabaftee 😘😘

  • @meettiqajeelaahafuuraaqulq6602

    Ameeeeeeeeeeeeeeeee ebifamii bayee bayee namati tolaa ufffeeee ayyan isaa sifi haa bayatuu

  • @asterclara8414
    @asterclara8414 Před rokem

    Ohh Abba anin nagaa maan atin jirtut 😭😭🙏🙌

  • @husseinabbashusseinabbas5384

    Ammeen ammeen ammeen ebbiifaammii mucaa waqaayyoo dachaa dachaa waqaayyoo sii haa ebbisuu ebbifaammii

  • @dibisaweyumaofficial2355

    waqayyoo dachaa dachaaa si haa ebbisuu ebbifamii !

  • @temesgentamena9752
    @temesgentamena9752 Před 5 lety

    Waaqayyo Guddaa si haa eebbosu, Faarsaa hedduu namatti tolu dha.

  • @misootube64
    @misootube64 Před rokem

    Ameen Yadii Eebbifami

  • @solomonnedjo8390
    @solomonnedjo8390 Před 6 lety

    nagga nagga biyyya atti jjittu unddi fayya. uffe ebbifami obboltee kee🙏💓🙏💓

  • @abebayemelkamu9392
    @abebayemelkamu9392 Před 4 lety

    ebbiffami obboleetti koo eyye mani inni jiru nagaadha ameeeeeeeeeeeen

  • @badriaamer7444
    @badriaamer7444 Před 4 lety

    Ammeen Ammeen Ammeen Waqqaayyoo guda sina ebisu ebifama dacha dacha

  • @destahaileodaa6880
    @destahaileodaa6880 Před 6 lety

    Ameeeeeeen ebbifami Golli yesuus jiru hunduu nagaaf qabbana dhugaadha !!

    • @ChayoMosesNyawelloNyawello
      @ChayoMosesNyawelloNyawello Před 6 lety

      Desta Haile she was filled up and full of Holy Spirit, wow , praise the Lord and amen . God of heaven fill her more with your Holy Spirit, God use your daughter for Holy Ghost fire and revival among her people and to world wide. Hallelujah

    • @mabetdubai3813
      @mabetdubai3813 Před 6 lety

      Ameeeen Ameeenebifami Nagaankoo gutudha

  • @medinabassa3368
    @medinabassa3368 Před 4 lety +1

    Thank you even for your good wear. Keep it!

  • @diribagebisa3932
    @diribagebisa3932 Před 2 lety

    Eebbifami!!!

  • @gaynalemidugumal3112
    @gaynalemidugumal3112 Před 4 lety

    Waqayyoo kana caalatti dacha dachaa si haa eebbisu eebbifami