Komentáře •

  • @user-pp3ls4ut6g
    @user-pp3ls4ut6g Před rokem

    Hirriyyaan Baay'ee Jaaladhuu Innii Ana Yookiin Maatii Kee Filaadhuu Nan Jennaaniin Maatii Koo Filaadhee Dhisee Ergaa Gaa'elaa Rawwachuuf Jennettiin Dhisee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Gzx Gamnummaan Haatiksuu Rabbiin Haatii walumaan Beeloftii Argituu /arginuu gurriis Eegumsaa Eegumsaa ofumaa ogummaan ofii Ijaarsa OBN jibbaa moo jaalalaa Mannii kee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem +1

    Anaaf jaalaltii jibbaa dhorkuu hubadhu diigamuu mallaszenawii fi fi Ida'amuun freehogganttootaa ABO Dirqama Hidhiin golgola dukkana ifaa

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 Před rokem

    Woooww Woooww ♥️ ♥️ ♥️ ♥️ ♥️ ana osoo hudumtu naati hafee fira koo dhise abbaa mana kootiin hafaa ❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem +1

    Jaalalaa Uumaan argituu
    Jaalala barnootaarraa argituu
    Jaalaatti/true Eegumsaa waraanaa qabeenyaa wal'ansaa deemsis qorraa Barattootni akka milkoofnee Yaada mo'ataan teettuus Eegumsaa Eegumsaa seequun Waaqoo Guutoo ilmaaniin ifaa

    • @MuxyoCiise
      @MuxyoCiise Před rokem

      Ammin sifaan faayo akkam naajirta

  • @waqayyoosodachuuogummaatti7908

    Wow bayyee namatti toluu garuu ergaa mucaa jaladhee maatii isaa hin jibbuu inni illee kiyyaa naafi haa jalatu akkasi

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Kanaaf si jabaadhaa YaaSabaa jibbaa nyaataanis na Barsiisaa

  • @sweetbeutiful7911
    @sweetbeutiful7911 Před rokem

    ❤❤wwwooooo ❤❤baayyee namatti tola jabadha

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Beellii jibbaa Fidaa Fayyaa Qorattootaa dhugaa

  • @missmoryam1650
    @missmoryam1650 Před rokem

    Woow ❤❤❤❤

  • @eteneshimu3007
    @eteneshimu3007 Před rokem

    Wow

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem6695 Před rokem

    Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa

  • @abdiiabdii1834
    @abdiiabdii1834 Před rokem

    ❤❤❤❤❤❤

  • @sabontuwalloo4444
    @sabontuwalloo4444 Před rokem

    😍💐

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Deemsis itti himtus jilbumaa osoo deemnee koottuu dhufee

  • @kubraa1038
    @kubraa1038 Před rokem +1

    🤲🤲🕋🕋

  • @bashadutube
    @bashadutube Před rokem

    Siboo qabetii too galatomii ❤❤

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Před rokem

    Hedduu namati tollaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Qabeenyii murtteesaa jalaala Bahaa/dhihaa si Fidaa nyaataanis waraanaa lollis ifaa

  • @aanaamohamed3067
    @aanaamohamed3067 Před rokem

    Mooniikoo❤❤

  • @mokomokooo8035
    @mokomokooo8035 Před rokem

    😂😂😂😂

  • @MuxyoCiise
    @MuxyoCiise Před rokem

    Galatoma qopii yaro jalala bayen laala akasumas bayen jaladha silaa biya keessa jiraadhe isin bira dhufun oolu garuu biyya ambaa keesa jiraadha waanta eef akkuman isin argadhu dabe

  • @myfilemobile4917
    @myfilemobile4917 Před rokem

    Qopii keessaan baay'ee barreedaa galatomaa

  • @shaleelhashem6695
    @shaleelhashem6695 Před rokem

    👍👍👍😂

  • @QuranKarem-h8k
    @QuranKarem-h8k Před rokem

    Ayiiiiii yaa darggaggeeysa zabanaa ayii yaa shamarran zabanaa stupid all of them martuu murtoo tokko kennuu dadhaban Ani garuu 100% matii koon filadha haadha maanaf jedheen maatii koo irraa citaa sorry

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před rokem

    Beellii jibbaa Fidaa Fayyaa Qorattootaa dhugaa