Pirojektoonni Misoomaa Magaalaa keenyatti hojjetaman rakkoo hawaas- Jiraattota Magaalaa Mattuu

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 9. 07. 2024
  • Pirojektoonni Misoomaa Magaalaa keenyatti hojjetaman rakkoo hawaas-dinagdee qabnu nuuf furuu cinaatti carraa hojii nuuf uumeera jedhan, Jiraattonni Magaalaa Mattuu.
    Bakka Sadarkaa pirezdaantii Itti aanaatti Qindeessaan Kilaastera Magaalotaa Oromiyaa Obbo Masfin Malaakuu argamanitti pirojeektonni adda addaa eebbifaman.
  • Zábava

Komentáře •