ForX Entertainment Media: QOPHII BASHANNANAA " HAADHA FI NIITII"

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 8. 09. 2024
  • ForX Entertainment Media: QOPHII BASHANNANAA " HAADHA FI NIITII"

Komentáře • 427

  • @nimatmuusaa-wr8oz
    @nimatmuusaa-wr8oz Před 8 měsíci +35

    Waanin jechuu qabuu yoo jiraatee asitti isiin hundi nu musliima maashaa allaah alhmdu lilaah kanaafu bakka siirbaa kanaa mee seenaa sahaboota kessas haa ta,u seena nabiyyota fii akkasuuma haayaa qur,anarra osoo gaffii fiidani maal fakkata namnii sin daawwatus baruumasa irraa arggata waan hin beekne bara garuu sirrabarra maaltu baratama siniifs ta,e dawwattotaaf sirbaa dhaggefaachufis ta,e sirbun haraama kanaaf akka nuuf jijiraamun jedhaa bakki sirba suun galatoomaa

  • @RisaaShanankooluu-rg3tw
    @RisaaShanankooluu-rg3tw Před 8 měsíci +33

    Haati lama hin dhalattu garuu jaartiin miliyeena haadha ammas haadha❤

  • @user-lx1ps4rb6e
    @user-lx1ps4rb6e Před 8 měsíci +15

    Isaqu heduu ibsa itii kenee wly sababini isaa Amalii nama hudatu walii adaa waliti bu,sii hadhafi jartii yoo jirate malirati akka walii lolani ada bafachu qabuu waluma galatii Isaqu hedu ibsee galatomii ❤🎉
    Hadha Tiyati dubatee jedhani nikaya hikuni furmata mitii hatii te,ee sunisi itti balesu dadeti wani tatefii 😢😊 wly isaqu ibsa bareda jabadhu muca Amala qabesa😢❤❤

  • @Sabriihamzaa
    @Sabriihamzaa Před 8 měsíci +4

    Wow ibsa isaaq ibse baay'ee das ja'u ibse gama dhugatti yoo deebines akkasuma tahuu qaba like 👍 isaaq

  • @foziibintiislaamji9720
    @foziibintiislaamji9720 Před 8 měsíci +7

    Isaq sirri jedhe ❤nama kaminu Amala gaarii Tasgabbidhan qabanan ni sirra'a.

  • @TuujiIsmacali
    @TuujiIsmacali Před 8 měsíci +8

    Dogogora yaro1 bultin diigamu hinqabdu yaro1irra 3 gorsuudha kanafu ibsi ka isaaqi sirri akka kiyyati❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-bo7ol6nt1j
    @user-bo7ol6nt1j Před 8 měsíci +4

    Baka jarti fi Hati Wal lolan San isaqitu liki de bise❤❤❤masha allah ❤❤❤❤❤❤❤

  • @IbrahimAlyyi
    @IbrahimAlyyi Před 5 měsíci +2

    Callaa mucaan ja,amu kun nama jabaa addunyaa tanaa yoo janne dhugaadha mashaa allaah

  • @tajriabdulaxiif2682
    @tajriabdulaxiif2682 Před 8 měsíci +8

    Yooo namu isaaq kaa heddumessu tae Hordoftonni kessan irra guddan dhala tahu hubadha
    Gama kiyyan
    3 isanittu naf cala wan gama hadha goranif dhugaan jurtu tanuma ❤❤

  • @naimaarsiibahaa2526
    @naimaarsiibahaa2526 Před 8 měsíci +3

    I love you mamaa to namani hadhaa gahuu hin jiruu maalif yoo jetaani jaratii yoo dutelee yoo demtelee taani biroo aragatuu garuu umii teenyaa lamafaa hin garuu woollaahi 😢😢😢😢😢😢😢 umii to❤❤❤❤

  • @KkKk-to9df
    @KkKk-to9df Před 8 měsíci +8

    Masha allah Masha allah Masha allah bay.ee nama toltuu itti fuffi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ qaqaliwaan Kenya ❤❤❤👌👌👌👌🤙

  • @RahamaBintAbuu
    @RahamaBintAbuu Před 8 měsíci +5

    isaqii dhugaa istatii anisii heduu jaladhaa sodatii tiyaa ❤❤

  • @fherst7153
    @fherst7153 Před 8 měsíci +3

    Masha allah masha allah kopiin tesan heduu namatii toltanii masha allah jabadhaa amalee hisaqii tuu debisee hatii jarsaa jartii ilmaa hin feetuu ❤❤❤❤

  • @udhheb231
    @udhheb231 Před 8 měsíci +4

    isaq mashalhaa bayee garidhaa ilachii isaa wal gorasun🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @madeiaalhousani2294
    @madeiaalhousani2294 Před 8 měsíci +3

    Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha hedu namati tolaa jabadhaa

  • @ATube-nd2hi
    @ATube-nd2hi Před 8 měsíci +8

    As wr wb akkami nagiyaa fayyaa jirtanii baga jiraattan itti fufaa haalaan fatah jedhaa qophii bareedaadha kanatti aansuun
    Gaafiin qaba
    1.Asuu eessatti dhalatte guddatte 2.Umriin kee meeqa
    3.amma eessa jiraatta
    4.heerumtee jirtaa ilmoo meeqa qabda
    5.jireenya kee keessatti mudannoo hin irraanfanne niqabdaa yoo qabaatte nuuf himi
    6.Jaalaalli siqabee nibeekaa jaalala sana akkamitti dabarsite
    7.isaaqiifi birraas badhoofi callaa isaaniis gaafuma kanaan walqabatu isin gaafanna

  • @misbahtube6300
    @misbahtube6300 Před 8 měsíci +3

    Anii Sagantaan tesaan hundii bayee Nati toltii❤
    Amalee jabadhaa itii fufaa❤🫶

  • @user-ur5fs7ux2n
    @user-ur5fs7ux2n Před 8 měsíci +1

    Yaa oromoo tiyyaa mee obballeesa kenyaa kanaa haa jajaabesunu hisaqa jabbadhu % sammun isa bareduna sin bositi biyyaa isah jirachu basi sammun si bira jirati sanifu jabase is malee enyu qaba yaa oromoo biyya inin jiratu misarri biyya misrrii wan tatee ni beknaa sanifu haa jabesunu.ani akkaa kiyyati sibiraa jiraa jabadhu hin sodati ni ittifff....%%%%% masha allah jabadhu❤❤

  • @user-rd9iq6rv9p
    @user-rd9iq6rv9p Před 8 měsíci +1

    Isaaq sirrii ibsee gorse deebisu dandaha haadha mana isaa.
    Haadha isaammoo araarfachuu dandaha.
    Kanaaf mana isaas haadha isaas dhabu hin qabu rakkoo jiruu furuudha akka 2ttaa hin uumamne harmeen isaa akka harmee ishii taate, otoo harmeen isaa hin jiraanne Inn akka hin jiree yaaddan hubaachisnan namni hin sirroofne hin jiruu❤😢

  • @Nadhii888
    @Nadhii888 Před 8 měsíci +1

    Gafiin. Kiyaa caalaa. Fii badhasso yoom akka fudhaan nu gafadhuu asuyee❤

  • @urijibarisaa7720
    @urijibarisaa7720 Před 8 měsíci +4

    Asuu iraa jalala naqabee malii furimanii❤❤❤❤

  • @Makide-Nurddiinn
    @Makide-Nurddiinn Před 8 měsíci +4

    Isaq ibsaa garii mashaallah jajabadhaa namatii tolaa 👌🏻👌🏻💯 🎉🎉 ❤❤

  • @sartumuktar7520
    @sartumuktar7520 Před 8 měsíci +1

    Gafii hadha Fi jarti San isaqtu sirriti Debise ja'etin yadaa 100%

  • @tsaAwol-qk6ic
    @tsaAwol-qk6ic Před 8 měsíci +4

    Jimmichaa koo mashaalah yaada bilchaata baate deema nuuf jiraadhu

  • @yaaallahaa712
    @yaaallahaa712 Před 8 měsíci +2

    Isaqa zeynu dhiifamawajiin sagaleentee quranaraa barediii quranan qaraiii isiiniis dargago qurana isiin hagodhu jolle isiin afruranu quranan qaraa yaro dargagumatanaraa rabiin isiingafataa

  • @Abdiioro12345
    @Abdiioro12345 Před 8 měsíci +2

    Isaq zeynu maashaa allah akka gaaritti ibsite

  • @maccaa5726
    @maccaa5726 Před 8 měsíci +5

    Gurban gababan sun hamileen isa yero hunda natti tola ❤😂

  • @FiroOro-xx8zf
    @FiroOro-xx8zf Před 8 měsíci +6

    isuu koo 🎉❤

  • @sumayaatubee2986
    @sumayaatubee2986 Před 8 měsíci +5

    usaaqii dhuugaa jedhee❤❤❤

  • @user-dp7yo6pg4y
    @user-dp7yo6pg4y Před 8 měsíci +3

    As wr wb akkam nagaya fayyaa qabdanii obbaleeyan bayye namati toltanii garuu akka shari,aatu yoo haatii isaa jaartii isaa hiiki jaaten hiku qaba. Saaniifu caallaa fi badhasoo fi birra sirriidha

  • @user-lx1ps4rb6e
    @user-lx1ps4rb6e Před 8 měsíci +5

    Wly haga vidoyo kesani gadii dhiftanii nii jarjara❤😂😂😂😂😂

  • @user-nv6pd4jb4w
    @user-nv6pd4jb4w Před 8 měsíci

    Issaqitu sirritti ibse dhugaa ballise heddu yaade good

  • @boosausuuf3222
    @boosausuuf3222 Před 8 měsíci +1

    Maasha allh qophiin bashannana heddu takka namatti toltii itti fufaa

  • @arjuuneshow1130
    @arjuuneshow1130 Před 8 měsíci

    Gaaffii gad ta.aanii dorgooman sana akka dubartii takka takka garee lammaniifuu itti dabaltaniin isiniin jedha😊

  • @mawardimizab-iz4ch
    @mawardimizab-iz4ch Před 8 měsíci +4

    Isaqii debusee ❤❤❤

  • @user-qr9yo8dy3z
    @user-qr9yo8dy3z Před 8 měsíci +1

    Gaffi kana akka nuf gaafattu barbanna afaanin sirba dansi akka taphatan isaan hundi olkaani takka takkatti qophin qophi bashanana wan ta'ef 😊😊

  • @ayyanoro
    @ayyanoro Před 8 měsíci +6

    Isaq. Masha allah ❤❤❤ yada. Bareda. Qaba❤❤

  • @siftanancalqo6302
    @siftanancalqo6302 Před 8 měsíci +2

    Hedu Nuhu Buarsitani Jabadhha Isini Jalnhaa😊😊❤❤

  • @lelloo2023-fz9mb
    @lelloo2023-fz9mb Před 8 měsíci +9

    Waw 🎉🎉🎉🎉 mashaa Alhaa ♥️😘❤❤❤heduu namati tola

  • @ililiishow
    @ililiishow Před 8 měsíci

    Wly dhuga atii wanii isiin qixatu hin jiiru sanii.fu adhuma filajuu wayyaa❤❤ anii ijolee,3 wajiin jiira

  • @user-qq3cg2wt2l
    @user-qq3cg2wt2l Před 8 měsíci

    Baayyee namatti tola akkanumaan itti fufaa.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @RobaKelifa-ho9qm
    @RobaKelifa-ho9qm Před 8 měsíci +1

    waan nu bashannansiiftaniif hedduu galatoomaa.
    Gaaffii
    Jaalalleen tee social media ni fayyadamtii yoo ta'e gaafa wal fuutan yoo isiin social media dhiisuu didde maal goota deebisaa faallaa
    Galatoomaa

  • @hundezakir2259
    @hundezakir2259 Před 4 měsíci

    Bayee namatii tolaa wly jabadhaa 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @muniioro1574
    @muniioro1574 Před 8 měsíci +3

    Mashaa alh heduu heduu namatii tola jabadhaa Asuu too❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-zu8xp9mt6w
    @user-zu8xp9mt6w Před 8 měsíci +2

    Masha allah ija hamtu isinira ha qabu

  • @anabarkhalil9330
    @anabarkhalil9330 Před 8 měsíci

    Wow jabaadha heddu namatti tola irra goreetin haadha tuma kan jedhe sirri miti Ani kanadhibu jaarttiifi haati maalitti wallolan hiriyaa miti Haati tiyya ishiif haadha haati loluuni tumus nidandeessi garuu ilmoon haadha hintumtu
    ilmootu balleessa malee haati hinballeessitu osoo balleessiteehu
    Jaarttin tiyya haadha ishii dhalteen nilolttii?
    Kanaaf yoonajaalatte Harmee tiyyas ishiif Harmeedha
    Jaarttirra goree haadha tiyya rifachiisurra Jaartti tiyya rifachiisee jaalalaan araarfatu irra naaf wayya
    Rifaatu yaroo san rifattuuf rabbiin Akkamitti nalaala
    isaaq dheebu jaartiitu itti jira yookaa dubarttii jaalatuutu naannawa san jira yookaa saganttaa hordofa😮

  • @user-vy8cf7jh7e
    @user-vy8cf7jh7e Před 8 měsíci +3

    Mashallaah mashaallaa jabadhaa isini jaladhaa❤❤❤❤❤❤

  • @mueeshow1427
    @mueeshow1427 Před 8 měsíci +1

    haati bar faanti isii jannata
    Jaartii takka takka azaaba
    Haadhaa fi jaartiin waliin hinbmadaalaman

    • @thards1695
      @thards1695 Před 8 měsíci

      No hin feenu asuun hin geeysi👍👍

  • @maccaa5726
    @maccaa5726 Před 8 měsíci +6

    Isaaq mallan nyattadha definitely his respond is amazing ❤🎉

  • @JamaaludinMumadnure-kc6fx
    @JamaaludinMumadnure-kc6fx Před 8 měsíci +1

    Asc akami nagy jabaadhaa salawta buusuu hindagatinaa isin cinaa jiraa

  • @xiqqoo53
    @xiqqoo53 Před 8 měsíci +3

    itti jabaadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @zahriaahmed1651
    @zahriaahmed1651 Před 8 měsíci +3

    Sagalee kilolee bayye namatti tolaa ❤ .dhifama komenti daneesen fakkadha

  • @user-tq9mv3lt2g
    @user-tq9mv3lt2g Před 8 měsíci +4

    Mashaallaa mashaallaa isaaq❤❤❤❤ tokofa

  • @zahriaahmed1651
    @zahriaahmed1651 Před 8 měsíci +4

    Hundi kessanu urjii jalalati ❤

  • @nanatiinurruu174
    @nanatiinurruu174 Před 8 měsíci +1

    Jabadhaa garuu isaaq naa ta.eera malifu arabaaf ilkenuu wol dhoytii akkasitti ❤jarii kun garuu takumaan hikkuu filataan😊

  • @ayyanoro
    @ayyanoro Před 8 měsíci +7

    Isaq. 1. Masha allah Masha allah ❤❤❤❤

  • @Isaaqzeenuu
    @Isaaqzeenuu Před 8 měsíci +1

    Namoonni na deeggartan hundi galatoomaa..

  • @user-fn1mf5lg9q
    @user-fn1mf5lg9q Před 8 měsíci +5

    isaqoo ❤❤❤❤❤

  • @fatimaethiopia3225
    @fatimaethiopia3225 Před 8 měsíci +1

    Isaqai masha Allah

  • @Jamiila275
    @Jamiila275 Před 8 měsíci +3

    Umrii nu dherredha qaqaliwwaanii tennaa❤❤❤❤❤😅😅😅😅😅

  • @hamzaaramadan523
    @hamzaaramadan523 Před 8 měsíci +6

    Ishaq siriitii debisee ❤❤❤❤

  • @rahsiraj8801
    @rahsiraj8801 Před 8 měsíci +7

    Mashaallaa mashaallaa mashaallaa tabakalla ❤❤❤❤🎉🎉

  • @oseeahmad5214
    @oseeahmad5214 Před 8 měsíci

    Haatii hindhalaatu garuu jartin 1000×1000 oltu jiraa

  • @kuliyeejawar8935
    @kuliyeejawar8935 Před 8 měsíci

    Isaq ibsaa baredaa kenee maash Allaah ❤❤❤❤❤❤
    Gaaruu Ilove you Mom 💘

  • @imaanmuyee4013
    @imaanmuyee4013 Před 8 měsíci

    Waayee haadha fi niiitii irraatti sirritti kan ibse Isaaq zeni❤👍

  • @user-be8gk1ee4y
    @user-be8gk1ee4y Před 8 měsíci +2

    Wow isuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @J1b2s3d4aa
    @J1b2s3d4aa Před 8 měsíci +1

    Debiin isaqii ❤ jaladhee kan hadhaa

  • @Fami032
    @Fami032 Před 8 měsíci +1

    Keyri inshallah jarti tiya fi uman tiya walin lolani lol 🤣 yaada isak degara aka kiyati. good job 👏

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 Před 8 měsíci +3

    ❤ dhuga jeete

  • @SERAANJAMAAL-ig6it
    @SERAANJAMAAL-ig6it Před 8 měsíci +4

    ❤❤❤ jabadha biroche

  • @MuazAbdi-gn1sg
    @MuazAbdi-gn1sg Před 8 měsíci

    Malif isiin dhirtii saltaa subhii hin salaanee ❤❤❤

  • @user-vg5jp8lf2o
    @user-vg5jp8lf2o Před 8 měsíci

    Jabaadha qophii baayyee bashansiisadha

  • @nuryaahusseen258
    @nuryaahusseen258 Před 8 měsíci +2

    Dhugaaa❤❤❤

  • @urjiinageb1835
    @urjiinageb1835 Před 8 měsíci

    Isaqtu ibse sababni mata isa oso hin tane ilman isatif yaade wan te'ef 👌

  • @tuujiisiraajoo
    @tuujiisiraajoo Před 8 měsíci

    Dhiirti wani 4 fuutuuf obboleeti tee rabbin itti hin fadhini akka isiin gabbate ulfootu ni feeta 😢 tanaafu obboleeti tee sun ykn ati nama fuudheeti heerumun ni mala garuu ati jarsa nama heerumu ni feeta yoon inni mallaqa qabate 😢😢😢😢

  • @user-od3td2wg9d
    @user-od3td2wg9d Před 8 měsíci +4

    Dhugaadha ❤

  • @HawwiiGamado
    @HawwiiGamado Před 8 měsíci +6

    Duran durse jabadha wani barumsa namaf ta af nama bashashansisu hojatatani galatoma❤
    Ani akka kotiti debi jara 3 fudha malif wonti Hadha nama calu hin jiru rabinu wani hadha Abba ufiti Anse wani ta ef ❤❤❤❤❤❤❤ rabbiin umur nuuf haa dheresu hadha tenya kani Adunya ira hin jire rabbiin ramata haa godhuf 😢

  • @yaasinahmed9687
    @yaasinahmed9687 Před 8 měsíci

    Waaw masha allah jabaadhaa
    Gaafi:Baadiyya moo magaalaatu irra caala

  • @mahbuubjamaal7255
    @mahbuubjamaal7255 Před 6 měsíci

    Ķan isaaq yaada baredaa ďha wly respect Jabaadhu bro ❤

  • @fatihamohamed9063
    @fatihamohamed9063 Před 8 měsíci +2

    Nice 👍👍👍 badhaso

  • @sifanitoutube9689
    @sifanitoutube9689 Před 8 měsíci

    Gaafii hadharaatii isaa dhumaratii ibbiseetuu yaadaa gariidhaa dhugaasati hadhaa manaa isaa gorfatee hadhaa isaa imoo in ammasisuu danda,aa

  • @samrea5584
    @samrea5584 Před 8 měsíci

    Dhugaa Bakkaa Hadhaa'aa gafii isaqii bayyee dhugadhaa❤😢

  • @user-iz6hz8nj2m
    @user-iz6hz8nj2m Před 8 měsíci +1

    ❤❤❤❤ na gammachiistan itti fufaa

  • @raddishaatube
    @raddishaatube Před 8 měsíci +3

    ❤❤❤❤❤

  • @MiftaAbdo
    @MiftaAbdo Před 8 měsíci +4

    Mash alha

  • @user-nu9yh5os8t
    @user-nu9yh5os8t Před 8 měsíci +5

    Yaada isaaq 100❤

  • @user-qr9yo8dy3z
    @user-qr9yo8dy3z Před 8 měsíci +1

    Haati takka qofa lama hin jirtu garu jaartiin 4 nuf hayyamame garu gaffi kanarratti an akka mata kiyyatti yero san isan lachu tasgabesse hasofsise abban badi ka'e akka dhifama gaafatu godhun yaala

  • @user-kf7bg1jj6y
    @user-kf7bg1jj6y Před 8 měsíci +1

    Owo. Masha allah

  • @MuzeeMH
    @MuzeeMH Před 8 měsíci +1

    Wow wly nuuf jabaadhaa❤

  • @SaadaHiikoo
    @SaadaHiikoo Před 8 měsíci

    www Heduu namaa Boharsituu😁😁mucaa dhara maqaan isii Enyuu jedhee😄😄

  • @usernameb15290
    @usernameb15290 Před 8 měsíci

    Akka isaq jedhe sani kan natti tole
    Maalif yoo jette emotional ta'uu dhiisanii akka inni jedhe kanatti fayyadamuudhan jedha an
    Yaada kooti!

  • @AdeeTubee
    @AdeeTubee Před 8 měsíci +3

    Maasha Allaha itti fufaa❤❤❤

  • @merciful1731
    @merciful1731 Před 8 měsíci +3

    Mashallaaaa Allaah jabadhaaaa 🥰🥰🥰🥰

  • @user-zg1tb4dn1h
    @user-zg1tb4dn1h Před 8 měsíci +4

    Masha allha ❤❤❤❤❤

  • @AbdallaahiMuhammad-zy5ws
    @AbdallaahiMuhammad-zy5ws Před 8 měsíci +2

    Warri ishaaq jedhe dhalaa akka tahe hubatamuu qaba ❤❤❤

  • @misbahtube6300
    @misbahtube6300 Před 8 měsíci +3

    Bayee isn ega turee❤🎉

  • @user-bg8yi9ue9b
    @user-bg8yi9ue9b Před 8 měsíci +3

    Hadhaa arasanii ararafachunii idadamuu b👍c👍badhoo gudii ❤❤❤

  • @user-sg9ee2lb1t
    @user-sg9ee2lb1t Před 8 měsíci

    Masha Allaha heddunamaboharsa jajjabaadhaittifufaa

  • @user-uz8lc7gz1z
    @user-uz8lc7gz1z Před 8 měsíci +3

    Hadhaa koo❤❤❤

  • @laxifaawol5710
    @laxifaawol5710 Před 8 měsíci +7

    Isaq siridha mashalha ❤❤❤❤❤❤