Komentáře •

  • @garlaafeyyii2023
    @garlaafeyyii2023 Před 11 měsíci +8

    The strongest woman of our century Fire. I wish you a long life. Thank you too Gammee

  • @biftuuadunyaa851
    @biftuuadunyaa851 Před 11 měsíci +4

    Nama jabduu umurii dheeraa nuuf jiraadhuu ❤

  • @robelfikiru6613
    @robelfikiru6613 Před 11 měsíci +2

    Firee ati jabduu namati milka’ii. Gammadaa Show sagantaan kee hawwaata ta’ee itti fufeera. Itti fayyaadama social media fi karaan ati itti famous of gootee illee irraa barataamu qaba. Jiraadhu 🙏

  • @Abdiyom3453
    @Abdiyom3453 Před 11 měsíci +4

    Baay,ee isin jaalannaa garuu mooneet obn osoo dhisuu batee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @birtukantolera4448
    @birtukantolera4448 Před 11 měsíci +4

    Really I appreciate Fire your strength ,God bless your rest life ❤ !

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    Jaalaltii Qalbii Qalbiin wal'ansaa gadda booda dhugaa gammachuun dhufaa hojii keetii fkn taatee. Rabbin si haatiksuu.jabaadhu

  • @besaasder7707
    @besaasder7707 Před 11 měsíci

    Jabadhaa oromofii dhugafi hojadha biyee suni ilmani oromo dhugafi hojatufi hin tuu woraa garafi jiratatu jslatama oromofi oromiyafi hojadha caraa argatani oromooofi hojadha fkn hacce gotaa fudhadha dhalota amma kesaa❤❤❤❤

  • @ebisadiriba6901
    @ebisadiriba6901 Před 11 měsíci +1

    Hojii bareedatti jirta jabaadhu!garuu daaqiiqa xiqqootti ergaa kee dabarsuuf yaalii.

  • @alberteinstein9034
    @alberteinstein9034 Před 10 měsíci +1

    Fire really amazing women for our community tks

  • @SuperTolab
    @SuperTolab Před 11 měsíci +3

    Great @gammee!
    Job well done!
    Jabaadhu!

  • @toleshekeneni9783
    @toleshekeneni9783 Před 11 měsíci +3

    Gammee jabaadhuu hojii bonsaa hojachaa jirtaa❤❤❤❤❤

  • @user-ny8jk3kj6t
    @user-ny8jk3kj6t Před 6 měsíci

    Firiikoo ati baay'ee nama jabduudha ,waaqayyoo humna siif haata'u ❤❤❤❤

  • @Oromo1421
    @Oromo1421 Před 11 měsíci

    Jabbadhuu gammada . Dhifama garuu gaffi erga gafate hanga siif debisanitti obsii male giddutti hin kutiin. Adarakee

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci +1

    ❤❤Deemsarraa Says Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see DrAbiyyii Ahmed Dubbisi gzx yaada arganii eeganii dhoksii Qalbiinis gurra Eegumsaa fuudhii

  • @monettubeofficial4563
    @monettubeofficial4563 Před 11 měsíci

    Jabadhuu gammadaa namoota jajjaboo fi dargaggoo ol gudacha jiranis nuf afferii godiinaa hundaa keessaa affeerrii

  • @valeryowen2302
    @valeryowen2302 Před 11 měsíci +1

    ❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉Anii gaheekoo baheeraa uduumtuu gaheekeesan bahaa umanii oromoo uduumtuu❤❤❤🎉🎉

  • @yeroregasa793
    @yeroregasa793 Před 11 měsíci +1

    Aboo Qophii gaarii dha. Baay'ee show guddataa deu akka ta'e waan namatti argisiisu qaba. Cimii hojjedhu. Rabbilleen si haa gargaaru. Seenaan qophichaa garuu hedduu na boossise. Nan boo'e. Narraas gale. Mucaa kootiif seenaa kana nan himaaf. Really Firee inspired me. Thanks Gammee...

  • @ebsituabdo3838
    @ebsituabdo3838 Před 9 měsíci

    What a breve woman you are! I’m impressed !! May almighty bless you and protect you dear sister ❤💚❤️

  • @dagnetadesse5180
    @dagnetadesse5180 Před 11 měsíci +1

    Jabaadhu Gammee waan baayyee sirraa eegna.

  • @makiyamuhammad1855
    @makiyamuhammad1855 Před 11 měsíci +2

    Fire heduu jabduudhaa baruumsa guddaa irraa barattuu❤
    Moniyee attilee Naga kotuu ❤😊

  • @hawwiiyoutube5429
    @hawwiiyoutube5429 Před 11 měsíci +2

    Gamme jabadhu bayye namati tola❤️❤️❤️❤️👌

  • @fgfghgg7052
    @fgfghgg7052 Před 10 měsíci +1

    Www barda jabaduu ❤waniofi ❤

  • @xxyyxxyy-ima7010
    @xxyyxxyy-ima7010 Před 11 měsíci +2

    Wow Gamme ! Jabaadhu si jaallanna

  • @amayumargoconstruction
    @amayumargoconstruction Před 11 měsíci +1

    Risa show jabadhaa hojii gaariidha

  • @soolankebede3482
    @soolankebede3482 Před 11 měsíci +2

    Baayyee sagaantaa bareedadha jabbadhu gamee❤❤❤

  • @ayyusisay6338
    @ayyusisay6338 Před 11 měsíci

    Jabaadhu Gammadaa keenyaa sagantaa baayyee gaarii eegaltee jirtaa

  • @sinboone9259
    @sinboone9259 Před 11 měsíci +3

    Wowowoow ❤❤ jabaadhu gammee keenya

  • @sultifayiso1079
    @sultifayiso1079 Před 11 měsíci +2

    Rabbi Si haa milkerssu!❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤rosa ❤rosa jila deemsis Gaaddisaa
    Gammadaa eenyutu hiriyyaan malee dhufee kijiba gonder yuniversity protectect pro Sammuunitins wal'ansaa arginee Biraanuu Naggaa Minister barnootaa deemsis kufaatii mallaszenawii

  • @guyowariyoaba-jirma
    @guyowariyoaba-jirma Před 11 měsíci +6

    Dawwachuu Jira Gammadaa Show 🤟

  • @riyadhbest8056
    @riyadhbest8056 Před 11 měsíci +2

    Rabbii sii haa milkeessuu habibitii too❤🙋🙏❤❤❤❤❤❤❤

  • @MakeyaMohammedKedir
    @MakeyaMohammedKedir Před 18 dny

    Jabadhuu Gamee jabbaa oro ❤❤❤

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Před 11 měsíci +1

    Woow baay'ee namatti tola dhugaa jabaadha ❤

  • @burte-fiqiree
    @burte-fiqiree Před 11 měsíci +1

    😍🥰🥰🥰😍😍waaaw waaw bayy'ee namati tolaa

  • @nationstube6182
    @nationstube6182 Před 11 měsíci +2

    Good luck!
    Keep it up Gammee!
    "Modelist" hin jedhamu. "Model" jedhama.

  • @MUSTEFATeshome-sr2bn
    @MUSTEFATeshome-sr2bn Před 11 měsíci +1

    Gammee jabaadhu qaalii keenna!

  • @AtoomGudda
    @AtoomGudda Před 29 dny

    Gammekoo jabadhu atii jabaakenya

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 Před 11 měsíci

    Baga waaqayyoo lubbuu kee olchee haadhoo too🙏🙏🙏🙏❤❤❤🥰🥰

  • @gelanegirma1187
    @gelanegirma1187 Před 11 měsíci +2

    Jabadhuuu jaba nama 🤩😍

  • @alimaadam1368
    @alimaadam1368 Před 11 měsíci +1

    Rabbii sii Haa jabeessuu ammallee❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤mana Eegumsaa dhoksaa Beekumsii fayya kufaatii Ethioforrum Qaama beekneen qaama eegnee hiitee +Ethioforrum gaddaa b/c freehogganttootaa ABO nyaataanis goalscoring game

  • @feyerabekele
    @feyerabekele Před 11 měsíci +1

    Gammee Jabaadhuu hojjedhu.guyyaa tokkoo osoo naa affeertee

  • @zeharazehara9372
    @zeharazehara9372 Před 8 měsíci

    well come

  • @kilolehd2257
    @kilolehd2257 Před 11 měsíci +1

    Wow strong woman 💪

  • @birhanubayisa6633
    @birhanubayisa6633 Před 11 měsíci +1

    wow gammee koo jabaadhu.

  • @user-do4zz3jh2w
    @user-do4zz3jh2w Před 10 měsíci

    Www baayyee namati toltuu jabaadha itti fufaa

  • @kiyademe9510
    @kiyademe9510 Před 11 měsíci +3

    To speak frankly,she is amazing lady.

  • @bontuuambo3424
    @bontuuambo3424 Před 11 měsíci +2

    Gammee namaa guddaa❤❤️❤💚💚💚❤❤️❤💚💚

  • @zakokedir3023
    @zakokedir3023 Před 11 měsíci +2

    Jabaadhu gammadaa keenya🙏❤

  • @warkidubai1005
    @warkidubai1005 Před 11 měsíci

    waaqayon sia jabeesu ammalee obboleti keenyaa

  • @user-km5jk5xe5j
    @user-km5jk5xe5j Před 6 měsíci

    Jabadhu obbooleti koo seenaan kee baay'ee namati tolaa

  • @Chaltuu
    @Chaltuu Před 11 měsíci +1

    Jabadhaa wooooww bayyee Namatti tolaa

  • @SeenaaKoo.youTube
    @SeenaaKoo.youTube Před 4 měsíci

    Jabaduu nama❤❤❤😢😢😢😢

  • @alemitubirhanu4300
    @alemitubirhanu4300 Před 11 měsíci

    Dhugaadha bayyeen namati tola atisi warri nuuf dhiyeesites

  • @buskutedhogo4197
    @buskutedhogo4197 Před 11 měsíci +5

    Jabbeessii Gammadaa show 🥰❤❤

  • @rozajemal1409
    @rozajemal1409 Před 11 měsíci +1

    Jajabadhuu❤❤

  • @user-ks1xs6vs8p
    @user-ks1xs6vs8p Před 11 měsíci +2

    Gammee keenya Jabaadhu 🥰

  • @maddanagaakoyesus340
    @maddanagaakoyesus340 Před 11 měsíci +2

    Gammee keenya🎉❤

  • @riyadhbest8056
    @riyadhbest8056 Před 11 měsíci +2

    Gammada show thanks🙏🙏🙏

  • @user-xk3jz2sj3o
    @user-xk3jz2sj3o Před 11 měsíci +2

    Jabaadhu jaallanneerra!❤

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 Před 11 měsíci +2

    Wowwww❤❤❤❤❤❤

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před 11 měsíci

    Wowww Baga Nagan Dhuftan

  • @galaneaschalew2003
    @galaneaschalew2003 Před 11 měsíci

    Jabaadhu gammee sijaallaan beeka keenya

  • @amirgill7170
    @amirgill7170 Před 10 měsíci +1

    Wawww❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @seennahundaa9498
    @seennahundaa9498 Před 11 měsíci +1

    Woow jabbadhu dubarte❤❤

  • @waliinentertainment
    @waliinentertainment Před 11 měsíci +1

    Gamme! hojii gaariidha jabaadhu

  • @user-om7bv6nl9t
    @user-om7bv6nl9t Před 10 měsíci +1

    በረቱ❤❤❤❤❤

  • @user-cj2ve8fi8g
    @user-cj2ve8fi8g Před 11 měsíci +1

    Good job

  • @sisayicaalaa5343
    @sisayicaalaa5343 Před 11 měsíci +2

    ❤❤❤Bagaa Nagaan dhuftaan Gammadaa Show💜💜❣️💜❣️❣️💜💓💝💯

  • @user-js5iu2sl3y
    @user-js5iu2sl3y Před 10 měsíci

    Wow Gamme

  • @IbroooAhmed-dc7sc
    @IbroooAhmed-dc7sc Před 11 měsíci

    Jijiramaa fidatumaa jirtaa jabadhuu

  • @kiyulove3555
    @kiyulove3555 Před 11 měsíci +1

    Ijole oromo wal jajebessa❤❤

  • @QundhudhoTube
    @QundhudhoTube Před 11 měsíci +2

    God job 🎉

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    ❤❤karaan yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi yaada dhorkii hojii general counsel to discuss Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa fayyaa

  • @baliyubaliyu3934
    @baliyubaliyu3934 Před 11 měsíci +2

    Jabadhu gamee❤

  • @rijalkemal982
    @rijalkemal982 Před 11 měsíci

    Jabaadhu Waan Keenya Cina numatu jira

  • @user-rabboo22.
    @user-rabboo22. Před 11 měsíci +1

    Woowu qophii nama tolu.❤
    Moonet garuu seeraan😂😂😂😂😂😢 himiiman gadi yaasisii.

  • @user-dx4oc9ll8h
    @user-dx4oc9ll8h Před 11 měsíci +2

    Namati tola❤❤❤❤

  • @faarfannaadurii
    @faarfannaadurii Před 11 měsíci

    Qulqullini sagaale baayee bareeda dha kameeranis bareedadha. 💪💪💪 jabaadhu

  • @Nimona712
    @Nimona712 Před 11 měsíci +6

    Woow so proud of you Gameekoo!!❤

  • @dabalooittaanaabaacaa6883
    @dabalooittaanaabaacaa6883 Před 11 měsíci +3

    Jabaadhu Gamme!

  • @lamesachuluketube
    @lamesachuluketube Před 11 měsíci +3

    Jabaadhu Gammadaa Show🥰

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 Před 11 měsíci +1

    Gammeen gaaffidha biyya fixee ❤😂moniin kolfan nu fixe 😂

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    Consultant dura fayyaatuu taa'ee

  • @martadandana2780
    @martadandana2780 Před 11 měsíci +2

    Jabadhu game ❤❤

  • @shamsuoromoo1473
    @shamsuoromoo1473 Před 11 měsíci +1

    Jabaadhu

  • @sashod7802
    @sashod7802 Před 11 měsíci +1

    Hundii keesaanu milka'aa

  • @user-qw4xj3cm9p
    @user-qw4xj3cm9p Před 9 měsíci

    ❤❤❤❤❤

  • @Obsii365
    @Obsii365 Před 11 měsíci

    Woww

  • @birtudiroohammasabdiijiraa8858
    @birtudiroohammasabdiijiraa8858 Před 11 měsíci +2

    wwwwwooo monet❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Před 11 měsíci

    Guyyaannis Gaaddisaa Geejjibni ifaa osoo deemnee Karaan mootii dugdaa hinarginee dursii barii Baga Rabbiin isin baasee

  • @wayinuufalamaa8094
    @wayinuufalamaa8094 Před 11 měsíci

    Jabaadhu jabaa keenya

  • @mitikutadesse2648
    @mitikutadesse2648 Před 11 měsíci

    Qaxaale kenyaa baga ooltee jabadhu.

  • @HanaT-iy7cq
    @HanaT-iy7cq Před 11 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SeenaaKebede-gv3pw
    @SeenaaKebede-gv3pw Před 11 měsíci +2

    Jabadhuu ❤

  • @koketiii4830
    @koketiii4830 Před 11 měsíci

    Jabadhuuu gamee koo

  • @obsejimmatube1240
    @obsejimmatube1240 Před 11 měsíci

    dhugaa baayee siiyanee montii debii

  • @asaantiitube3940
    @asaantiitube3940 Před 11 měsíci +2

    ❤❤❤❤ jabadhu

  • @dabemulet3441
    @dabemulet3441 Před 11 měsíci

    Jabadhuu Hojii dansaa

  • @user-xc1jz5jb4u
    @user-xc1jz5jb4u Před 11 měsíci +1

    Moone ❤❤🎉🎉