EGEREE COMEDY: SAGANTAA ADDAA-KOFIN (SIRNAKKOO EP13)/XURUMBAA

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 23. 04. 2022
  • ONLY ON EGEREE MEDIA
    Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
    Follow us on:
    Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
    / egereemedia
    Telegram channel
    t.me/EgereeMediaChannel
    Telegram group
    t.me/EgereeNewGospelSongs
  • Zábava

Komentáře • 528

  • @kennanagara
    @kennanagara Před 2 lety +6

    What a fantastic work! Well done guys! ❤️❤️🙏

  • @simbusimbu6011
    @simbusimbu6011 Před 2 lety +4

    Raabbii akkaa yadaa ketii kanaa siifaa godhuu
    Duroomi dhugaa Raabbii

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      simbu fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @ililiimucakakuu1479
    @ililiimucakakuu1479 Před 2 lety +2

    Kkkkkkk dingidee naa dhibee wooyyooo samu,eli dhisaa kaaa maloo

  • @kifleayana7273
    @kifleayana7273 Před 2 lety

    Baga Geessan. Hedduu bu’aarsaa nu barsiiftan! Eebbifamaa ! Jabaadhaa!👏🏾😂👏🏾

  • @doriboruurgessa4878
    @doriboruurgessa4878 Před 2 lety +1

    Ulfaadhaa, hojii gaarii qindoominaan hojjattan akka malee nutti toleera, isiniin boonneerras, ijoolleen Oromoo kootii hundumtuun haadhoo kooti 👌

  • @fanosebayisa6147
    @fanosebayisa6147 Před 2 lety

    Wwwwwwww dhuga bay'ee namati toltuu ebifamaa 💛💛💛💛💛💛💛itti fuffaaaa

  • @samizyoutube4816
    @samizyoutube4816 Před 2 lety +1

    Galanni keeyssan kabajamuu aadaa fi safuu uummata Oromoo haa ta'u.
    Wow wow really amazing, inspiring. Keep it up!

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      samiz fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

  • @taaddutube3200
    @taaddutube3200 Před 2 lety

    Bagaa gessaan qaaqaliiwaan keenyaa jabadhaa bayyee namati toltuu

  • @seenaaoroomiyaa4466
    @seenaaoroomiyaa4466 Před 2 lety +1

    Bagaa geessaan obboollawanko namichii offii isaati mormaa dhabe ka Ebbaa ...nuuf jiradhaa isiin jaallaana

  • @joobiratube
    @joobiratube Před 2 lety

    Best Oromo Sitcom. Keep it up Kofin team

  • @eliasmotuma5844
    @eliasmotuma5844 Před 2 lety

    Baga geessan jaallan koo jabaadhaa baayyee namatti toltu dhugaa

  • @rawadarawada7786
    @rawadarawada7786 Před 2 lety

    Dinagden hedduu na mararee 🤣🤣🤣🥰🥰🥰🥰 l love all this gives♥️👈

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      rawada fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

  • @awelbamud3085
    @awelbamud3085 Před 2 lety +1

    Baga Geessan....woow baayyee nama tola dhugaa

  • @gada_daily
    @gada_daily Před 2 lety +2

    Galatooma ijoollee qashtii

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      naahil fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @JamilCell-gz5zx
    @JamilCell-gz5zx Před rokem

    You guys are doing great we love you ❤❤❤

  • @lekaentertainment2583
    @lekaentertainment2583 Před 2 lety +2

    Amazing
    Keep it up .

  • @sintaabebe7839
    @sintaabebe7839 Před 2 lety

    Wo wo erga gudaa dabarsitani 😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gadisefikadu1098
    @gadisefikadu1098 Před 2 lety +1

    Bagaa geeseen Ayana garii isiinf haa haa ta,uu
    🤣🤣🤣🤣🤣🤭

  • @DaawwitiiArtii
    @DaawwitiiArtii Před 2 lety +1

    Dhugaa dubachuuf Ijjoollee tana baay.ee natii toltuu jabadhaa itii nuuf fuffaa

  • @SukeTube
    @SukeTube Před 2 lety +2

    Library aarii addunyaa jaalladheera hhhhhhhh 🤣🤣

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety +1

      suke fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

  • @fib5839
    @fib5839 Před 2 lety

    Baayye namatti tola jabaadha!

  • @kofiiananhowme7233
    @kofiiananhowme7233 Před 2 lety

    mana Oromo jira kkkkkkk haha. jabadhaa filmii akka gara fuldurattii nuuf hojjettanii abdii qaba

  • @bireewagiimegersa5235
    @bireewagiimegersa5235 Před 2 lety

    Bayyee galtomii jiradhuu 🥰🥰🥰🥰🥰🙏😃😃😃

  • @kiyyaatubes4323
    @kiyyaatubes4323 Před 2 lety

    Kkkkk wayooo sureekoo basiii jedhee qabonii 😂😂😂😂qulaa hafekaa

  • @lemikebedebayisa6457
    @lemikebedebayisa6457 Před 2 lety

    Jabaadhaa baay'ee namatti toltu!

  • @ayanashumi913
    @ayanashumi913 Před 2 lety

    Go a head respect for u all .

  • @ghaliaalalawi9438
    @ghaliaalalawi9438 Před 2 lety +1

    Wly dhuga rabi baye kolfe ♥️💚♥️🌳💋💋💋💋💪🐆🐯

  • @simboofayera3675
    @simboofayera3675 Před 2 lety +1

    🎉🎉🎉🎉🎉bagaa waaqayyoo isiin geesse nagaan

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      simbo fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please simboo

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384

    Kkkkkkkkkkkk shamaran bilbilanii na raķisuu 🤔😁😂 amanu'el edda atii gai'laa hin qabduu anis nan bilbilaa ga kana boodaa

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera826 Před 2 lety +1

    Jabaadha jajjabee ilmaan waaqayyooti.

  • @burtukaanlove8385
    @burtukaanlove8385 Před rokem

    Jabaadha baay'ee ergaa guutuu qaba🥰🥰

  • @hukadalachahuka3980
    @hukadalachahuka3980 Před 2 lety +1

    Baga geessan hundii keessan😍

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      huka fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

  • @workidebele915
    @workidebele915 Před 2 lety +1

    Bagaa geessee qaqaliwwanii keenyaa ❤❤💚💚❤❤💚 waqaa garaa gurrachaa dhiisaa sinii hin mararuu maloo🙄🥰🙄🥰🙄

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      worki fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @genetgenet68
    @genetgenet68 Před 2 lety

    Bagaa geessaa qaqalii oromoo Koo,, Maloo dingadee cuqurusu dhisaa garaa lafeessaa Koo 😂😍💞 Waqaa garaa gurrachaa ,,😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 nuu bararii

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      geni fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

  • @bekankumessa7718
    @bekankumessa7718 Před 2 lety

    Ebbifaa ijoollee oromoo 😍😍😍😍😍

  • @maskaramdarajee4970
    @maskaramdarajee4970 Před 2 lety +1

    Jabadha snyi oromo ko

  • @gallanigallani6065
    @gallanigallani6065 Před 2 lety

    Uuuuufff jiradhaa ijolee waqaayyoo ebifamaa darabadeemaa nufijiradhaa

  • @biliseetube2622
    @biliseetube2622 Před 2 lety

    Wowww❤️❤️❤️❤️❤️

  • @obseobse563
    @obseobse563 Před 2 lety +2

    Kkkkkkkkkk👏👏👏👏👏xurumbaa🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
    Baga geessaan ijoollee qaqqalii teenyaa❤️❤️💚💚❤️❤️

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      obsee fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @obseobse563
      @obseobse563 Před 2 lety

      @@Dawit_Chala OK jabaadhuu sanyii koo

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      @@obseobse563 naaf jiraadhu obseeko

  • @hadhaako
    @hadhaako Před 2 lety +1

    Baga geessan jalatamookoo 🥰🥰🥰🥰🥰 hojii Keessaan mama kolifisisaa amanuel 😂🤣😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Malo mati naf time ebifami dacha dacha

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      qaaliko fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @metiiiwallaga3427
    @metiiiwallaga3427 Před 2 lety +3

    Bagaa gessan hundumtii obbolotan ko amanta kiristan hordoftan bagaa genye😍😍🙏🙏

  • @gezuasho431
    @gezuasho431 Před 2 lety

    Jabaadha,isin warra uummata keenyaaf dungoo tahedha.

  • @zeynababanto618
    @zeynababanto618 Před 2 lety +1

    dhumaraatti Garaa naa nyatee misikinaa maaf Qullaa wolii dhabanaa jedhee
    🤣🤣🤣😄

    • @shashetube7082
      @shashetube7082 Před 2 lety

      Maatii naf tahi atis yoo qabattee natti ergadhu

  • @yonitube7684
    @yonitube7684 Před 2 lety

    Qaxaleewwan keenyaa💞💞💞💞

  • @giddatube2221
    @giddatube2221 Před 2 lety +1

    WOW Ijoollee Abdii borii aartii Oromoo jabaadhaa.

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Malo mati naf time ebifami dacha dacha

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      gidda fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @AdanoAs
    @AdanoAs Před 7 měsíci +1

    Best oromoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @biranisaedhilalaljabri1519

    Baga gesaan qaliwan koo

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      birani fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Před 2 lety

    Kkkkkkkk 😁😁😁😁baay'een kolfee dhugaa waayiii hojjii keessani
    Jabaadha itti fufa❤

  • @elsaamelaku1109
    @elsaamelaku1109 Před 2 lety +1

    Ayyannaa akkasiti kabajuu na hawisistani wayyoo

  • @Elbarun
    @Elbarun Před 2 lety +1

    Mumucha ministeeraa waan nuuf dhihesitanii galatooma.

  • @anisaanyijawee556
    @anisaanyijawee556 Před 2 lety +1

    Bagaa gessaan hundii keessanu

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @dirrootube8443
    @dirrootube8443 Před 2 lety +1

    Wayi ebbaa bagaa geessan hundumtuu kkkkk

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus8479 Před 2 lety

    Wayyii artist lammii😂😂😂😂😂

  • @gulumainnoo7480
    @gulumainnoo7480 Před 2 lety

    wowow l Iove gayus friend to you💝💝

  • @alamialami8135
    @alamialami8135 Před 2 lety

    Kkkkkk 😄 Akkaam namattii toltuu dhugaa Eebbifamaa

  • @sabboontuwallagaa1567
    @sabboontuwallagaa1567 Před 2 lety +2

    waqaa garaa gurracha nu barariii kkkkkk.

  • @lemawelteji8914
    @lemawelteji8914 Před rokem

    Good work...

  • @tigistitube6405
    @tigistitube6405 Před 2 lety

    Kk waaqa gaara guraachaa naa bararii😁😁

  • @kameltube5742
    @kameltube5742 Před 2 lety

    Worri akka Kiyyaa maatii eegere jalattan maatii Naf ta'a.

  • @xajjoogutu2588
    @xajjoogutu2588 Před 2 lety

    Ebbaa Garuu maaltuu Ajeessekkkkkkk

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      xajjoo fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @lensagobena2340
    @lensagobena2340 Před 2 lety

    Jabaadha bayyee namati toltu

  • @lemmi9176
    @lemmi9176 Před 2 lety +1

    Hhhhhh Diinagdde baayyee das na je'e❤️❤️ hundduma kheessanuu baayyeen jaaladha❤️🙏

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      barento fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please barento

  • @waltejitola3337
    @waltejitola3337 Před 2 lety +2

    Jokerootaa keenyaa brandii kkkkkkkkkkkkkkhhhhhhhhhhhhhhu 😁😁😆😁😆😁😆😁😆😁😁😆😁😆😁

  • @almasgutama5535
    @almasgutama5535 Před 2 lety +1

    Wow so amazing bayee namatii tolaa ebifamaa kkkkkkkkkk God bless you alloff

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      almaz fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please 🙏

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please almas

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      almas fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @ogummatube856
    @ogummatube856 Před 2 lety +1

    Akkas ijoolleen Oromoo

  • @tolasaturuna6529
    @tolasaturuna6529 Před 2 lety

    Namatti toltu! Dhugaatti barsiisaadha!

  • @ghadihelou3513
    @ghadihelou3513 Před 2 lety

    Kkkkkkkkkkkkk waqaa garaa guraachaa bagaa geesaanii

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 Před 2 lety +1

    Kkkkkkkkkk dhugaa ayyana ayyanaa nutti fakkeesitaani gltm😍💔💔💔💔🙏

  • @almazshifera4554
    @almazshifera4554 Před 2 lety

    Wel come dinagdee in jarjara

  • @kenateformeefa2110
    @kenateformeefa2110 Před 2 lety +1

    Bagaa gessan love jabadha 🥰🥰🥰🥰❤️💙💖💕🖤💔🌷🌹

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      kenate fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please

  • @bereketnegn6480
    @bereketnegn6480 Před 2 lety +1

    Amazing ❤️bagaa gessen keshitywan koo

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Malo mati naf time ebifami dacha dacha

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      beki fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety +1

      Maati naaf ta'i please 🙏

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa Před 2 lety +2

    Budeenaa irraa gaalchiitaanii baaga geesanii Qaaqaliwaanko 😆😆😁😁😁😂😂🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤🥱🥱🥱🥱

  • @dameoroking8872
    @dameoroking8872 Před 2 lety

    Baga geessan Qaaliiwwan keenya nuuf jiraadha hamtuun sin hin argiin gaariin sin hin darbiin 🙏❤️🥞❤️🥞❤️🥞❤️🥞

  • @Jesus-pj8fi
    @Jesus-pj8fi Před 2 lety

    Akkam akka namati toltan bee uuuffff sinboo qabewan 💗💗💗💗🥰🥰🥰🥰🥰💖

  • @gudetuayana8125
    @gudetuayana8125 Před 2 lety +2

    Wow I love you guys you are amazing 😻

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      gudetu fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please gudetu

  • @SurprisedAstronaut-go8rs
    @SurprisedAstronaut-go8rs Před 4 měsíci

    Waan tokkoo mooraa keenyaa keesaa hin jiru jedhe dinaagdeen😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @hawwiijesus201
    @hawwiijesus201 Před 2 lety

    😂😂xuurubaa . Baga geessan qaaliiwwan keenyaa💗💋❤️

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Malo mati naf time ebifami dacha dacha

    • @helleen4304
      @helleen4304 Před 2 lety

      Kotuu matii naa ta,ii
      Malooo
      Yoo matiin hin dhabanee ta,ee 😳😳

    • @hawwiijesus201
      @hawwiijesus201 Před 2 lety

      @@helleen4304 😁matan siya dhaabuu

  • @wasanahammadeen8736
    @wasanahammadeen8736 Před 2 lety

    Kkkkkkkkk malo bayye nama kofalchistu jabadhaa😍😍😍😍😍😍😍

    • @biliseetube2622
      @biliseetube2622 Před 2 lety

      Mati naafi tayyii please wasana

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      wasana fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @gelaneshibiru9008
    @gelaneshibiru9008 Před 2 lety +2

    Bagaa gessaan Lovely guys so funny ❤❤❤🤣🤣🤣🤣

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety

      Maloo mati naf time ebifami dacha dacha

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      gelane fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please

  • @karaafayyinaa-worldwideoro603

    🤣🤣🤣🤣 Dinagdeen baayee nakofalchiifte eebbifamaa.

  • @user-ws3re1wh8g
    @user-ws3re1wh8g Před 8 měsíci

    Bayyee namati toltu ijolee oromo

  • @tabotemekonnen145
    @tabotemekonnen145 Před 2 lety

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤baye namatihi tolothu

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před 2 lety +2

    Bagaa gessaan hundii Keessaan 🥰🥰🥰🥰🥰💞💞

    • @lalisejaleta5423
      @lalisejaleta5423 Před 2 lety +1

      Malo mati naf time ebifami dacha dacha

    • @urgokebe7331
      @urgokebe7331 Před 2 lety

      @@lalisejaleta5423 ok

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety +1

      urgo fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

    • @urgokebe7331
      @urgokebe7331 Před 2 lety

      @@Dawit_Chala tolee rakoo hin qabuu

  • @sabboontuwallagaa1567
    @sabboontuwallagaa1567 Před 2 lety

    sureekoo na baasii wayyoo Qabooo kkkkkkkk.

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      sabbontu fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @oromiyaabiyyaakoo9715
    @oromiyaabiyyaakoo9715 Před 2 lety +1

    Bagaa geessanii

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      oromiyaa fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @user-gn3gv4op3y
    @user-gn3gv4op3y Před 6 měsíci

    Kkkkkkkkkkkkkkkk jabdha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @FarhanFarhan-gf4th
    @FarhanFarhan-gf4th Před 2 lety

    Amma namn hin jiruu suree koo naaf basi kkkkkkkk bagaa getan

  • @mimi-mu1yd
    @mimi-mu1yd Před 2 lety

    Jabaadha namatì😍❤❤❤ tolutuu

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      mimi fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please

  • @user-nr2gy5jp1o
    @user-nr2gy5jp1o Před 4 měsíci

    Hhhhhh baay'ee nuu bohaarstiian 😂😂😂

  • @yofetoncho6712
    @yofetoncho6712 Před 2 lety +1

    Ayii economics maanya

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      yofet fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @makiyamohaammed-lv7dz
    @makiyamohaammed-lv7dz Před 8 měsíci

    Best oromoo

  • @nuratubers
    @nuratubers Před 2 lety +1

    Xurumbaa jettanno

  • @MdevegmailcomMdeve
    @MdevegmailcomMdeve Před 2 lety

    Bagga gessani uniddi kessani garru..waqoni gaffani nyattu gorrora naa cocobisise uuuuuuu🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️😎😎🤣🤣

  • @hafeshow7263
    @hafeshow7263 Před 2 lety

    An ka jedhu maalif zinabuun kun as in ba,u Qaboko inii bilbila qofan dhi,ata biyyaa Alaa jiramo 😁😁😁

  • @martagemeda3284
    @martagemeda3284 Před 2 lety

    Ayi dinagdee aaaaaa naa maratee😁😁😁😁
    Happy Easter 💓💓💓💓

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      hireko fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/ocC3AC078rw/video.html

    • @RoyalTeam1290
      @RoyalTeam1290 Před 2 lety

      Maati naaf ta'i please

  • @zewdneshmeshesha5710
    @zewdneshmeshesha5710 Před 2 lety

    Wayyooo ebbookoo kkkkkkk kkkkk kkkkkkk kkkkk

  • @ababachfayera826
    @ababachfayera826 Před 2 lety +1

    Baay'ee namatti tola garuu mana keessa kophee akkasiin deemu kkk soba dhugaa irraa fagaate jabaadha amma dandeesan fooyyessa

  • @hafizjimmaa3875
    @hafizjimmaa3875 Před 2 lety

    Wow wow

  • @addiseaddise3688
    @addiseaddise3688 Před 2 lety +2

    Bg geessani jajaboo oromoo ko isin nuuf qaalidha isnini boonna

    • @Dawit_Chala
      @Dawit_Chala Před 2 lety

      addise fedheke yoo ta'e maatii naaf ta'uun najajjabeessi naaf jiraadhu.
      czcams.com/video/tK-kytPGZww/video.html

  • @mujeemahamad4478
    @mujeemahamad4478 Před 2 lety

    Qaxalee waan Koo💓❤❤🌷🌷