Dirama massanuu kutta5faa obsan jarti3faa fudhuf qophee xumurachaa jira

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 21. 02. 2020

Komentáře • 639

  • @gadabajouk3112
    @gadabajouk3112 Před 4 lety +76

    Malloo.namnii akka kiyyaa ayyan jalatan lakki naf xuqaa mee

  • @hannitaabaale5056
    @hannitaabaale5056 Před 4 lety +28

    Mee like like like itti robsaa kumaa 5000 gaahan diramaan baay'ee namati tolaa

  • @firifiri3037
    @firifiri3037 Před 4 lety +12

    Kkkkkkkkk way akkam namatti tola wallahi haluma kanan itti fufa ijolle oromo😍😍😍😍😍😍😍

    • @zubeydatuna2417
      @zubeydatuna2417 Před 4 lety

      𝐀𝐲𝐚𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐢𝐫𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐞𝐦𝐧𝐚𝐚𝐦𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐥𝐞𝐞𝐞

  • @fozyajamal393
    @fozyajamal393 Před 4 lety +11

    Ayyu koo malif akkas nu dura tursistu sin jaladha Ayyu ko❤❤

  • @azizaaziza3120
    @azizaaziza3120 Před 4 lety +11

    Woooooooow bayyee namaatii tolaa malii hin turitanii wallah sin yanee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @baredduoromo6533
    @baredduoromo6533 Před 4 lety +12

    Kkkkkk Ayyaan you're funny hedduu dirama sirraa bareeda.
    Yeroo dhiyoti gad dhiisa part 6

  • @yeeoromoolijjj7151
    @yeeoromoolijjj7151 Před 4 lety +10

    Baga Nagya Dhuftan Matii Dirama maruu show❤❤❤❤❤❤👌Akkamii isin jaladha Jabadha

  • @wardawarda1127
    @wardawarda1127 Před 4 lety +38

    Jolee komanti dhisa like xuqaa pilss wal gudisa dirama akkati toluu kaana like malee bira kutina

  • @hikmaaawool2257
    @hikmaaawool2257 Před 4 lety +12

    Jagnaa Ayyaan mashalhaa fudhuu kanaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👈

  • @kubsamohammed3498
    @kubsamohammed3498 Před 4 lety +4

    masha allah gafii tiyya naf deebistanii galatooma garuu nurra turina

  • @gullalleetube8754
    @gullalleetube8754 Před 3 lety

    Ani kan jedhuu diraamaaa kan keessaatii #sedii shekkaa Dr duurbumaatii

  • @sabontuoromo3389
    @sabontuoromo3389 Před 4 lety +1

    Wawa Masha Allah ayana 1 fii 2 hedu namti tola jabadha iti fufa wly Masha Allah das nama jaa

  • @faizaabdi1037
    @faizaabdi1037 Před 4 lety +6

    Kkkkkkkkkkk dubay turki hindii
    Waay filmiii sii dhumattee 💕💕

  • @geftegg8074
    @geftegg8074 Před 4 lety +11

    Dhugaa ayyan inaffa sii ajjeffte kkkkk kullan damma tiyyaa bareduu tiyyaa obsa mucstti sii ajjeffte

  • @oromiakingdomtube7355
    @oromiakingdomtube7355 Před 4 lety +6

    Kkkkkkk safaxanii jarsaa bira hin jiruu sah dhugaa ketii itti fufaa baredaa namati toltuu

  • @obsaaqabadhuu4134
    @obsaaqabadhuu4134 Před 4 lety +2

    Kiyyaa Afurii ta'aa kkkķkk yaa hojii keessani

  • @ukashsulxaan4427
    @ukashsulxaan4427 Před 4 lety +3

    Wwww yaa jaraa kenyaa kutaa jahafaa itii nufi fufaa isinni egutii hiribaa dhabinee mee jaraa kenaa warii diramaa kanaa jalatanii layik iratii robisaa mashalaa

  • @jituujituu3485
    @jituujituu3485 Před 4 lety +1

    Dirama jechun akana sodaa toko malee firiii tatani akana hojatanii woww lalee qufuu dadhabe irumaa debiaa lalaa jabadha hundii kesanuu akanatii hojatuu yalaa

  • @safiyaarsicolleelijji6919

    Mashaa Allah mashaa Allah bayee namati tolaa itti fuufaa ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @boonaawallooalimohamed8478

    Waayyoo hojii kesaan❤❤❤❤❤❤❤❤❤mashaa allha hinaafaa keysaan

  • @hamdiyatube1130
    @hamdiyatube1130 Před 4 lety +4

    Wayoo ayanii 1 heduu hinaftuu too bayee sii jaladhaa dhukee iraa kasii mee sii harkaa haa fudhatuu ofiraa zeytafii daymaa itii naqii mataa gadii argaa isii dhalaa jarsaa namaa jalaa afanii qabatuu

  • @jituujituu3485
    @jituujituu3485 Před 4 lety +4

    Wwowwwww ayaan enda ayaan bay.ee cimtudhaa isin jaladhaa ❤❤ iti nufufaa woliraa bareduu

  • @araborolove6851
    @araborolove6851 Před 4 lety +12

    Nattuu duraa lalee subscribe na godha qeerroo

  • @fatiishow7374
    @fatiishow7374 Před 4 lety +4

    Mashaa allah heeddun isiin jalaadha jabaadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍

  • @hayatube4591
    @hayatube4591 Před 4 lety +1

    Hay ibsituu bayen isii dinqisiifadha amina immo iccitii jarti sadaffaa osoo hin saaxille obsaan ammallee dhoksaan fuudhu qaba

  • @hudahassan5026
    @hudahassan5026 Před 4 lety +1

    Wow dramaa kesaan hedu namaati tolaa ittii fufaa jollee tenyaa 🌹🌷

  • @aminaislam1623
    @aminaislam1623 Před 4 lety +1

    Diramaa keessaan keessati wayee masanoo tanaa irraati heduu naatii toltaan ittii fufaa

  • @nazifanazifa7984
    @nazifanazifa7984 Před 4 lety +5

    Wawwow mashallah akkamiiti das naam jeedhaa ❤❤❤ iti nufaa

  • @hayatube4591
    @hayatube4591 Před 4 lety +1

    Wow diraamaan kun dhaabbatuu hin qabu jabaadha itti fufaa

  • @iloveyouoromoodbxhd22
    @iloveyouoromoodbxhd22 Před 4 lety +1

    Ibsituu bay'ee dasii nama jetii dhugaa heduu bareechiftee diramaa💑💑💑

  • @hindyamashaaallaaothman220
    @hindyamashaaallaaothman220 Před 4 lety +27

    Safaxani hin jirtuu jarsarati dhugaa keeti 🤣🤣🤣🤣🤣🤣

    • @hawiitube5462
      @hawiitube5462 Před 4 lety +2

      Kkkkkk hindiyyaa anu akkasum safaxaa hin bekuu j,koo irratti 😂

    • @hindyamashaaallaaothman220
      @hindyamashaaallaaothman220 Před 4 lety +2

      @@hawiitube5462 anisi Safaxaa hin bekuu wani kiyarati jabadhuu si deegaraa Lubbuu Kkķkkk

  • @geftegg8074
    @geftegg8074 Před 4 lety +1

    Said atii immo rabiin siif haa dhisuu shirkii hin dalgiin ausubillah

  • @wardawarda1127
    @wardawarda1127 Před 4 lety +9

    Kulani wly atis dama tate jirta dubruma lama 35 kkkkkkkkk😀😀😀😀😀😀😀🤣🤣🤣🤣

  • @saamaakaamuu244
    @saamaakaamuu244 Před 4 lety +2

    Wwwwww bayee namatii tolaa itii fufaa halumaa kanani metii amin

  • @yyyy6991
    @yyyy6991 Před 4 lety +7

    Kkkkkkkkk dubruma lamaa qaba jete😂😂😂🙊🙊🙊🤣🤣😁😁😁 sheki doktorii

  • @seennaaseennaa3411
    @seennaaseennaa3411 Před 4 lety +5

    kkkkkkk jabadhaa ijoolee oromoo teenyaa👏👏

  • @milikoadunyaa2539
    @milikoadunyaa2539 Před 4 lety +6

    Esa turitani qaqaliwani koo💕💕💕

  • @radugana2135
    @radugana2135 Před 4 lety

    kkkkkkk wayii said dalgaa kee walahii kolfaan du.ee issiin hunduu namatii toltaan jabadha like issiin cinaa jiraa obsa deraman kuun ittii fufuu qaba hanga 4 fudhu qabda

  • @deraartuuoromoo4195
    @deraartuuoromoo4195 Před 4 lety +4

    Ogm durbummaan lama taati🙄😃😃😃jabaadhaa ijoollee keenyaa❤💚❤

  • @samuutube5148
    @samuutube5148 Před 4 lety +1

    Wallay drama ijolee aniinii bayyee namaa boharsaa jajjabesuu qabnaa hundii kenyaa biraa haa dhabanuu 🙏🤣🤣🤣🤣🤣

  • @zamzamhasan2704
    @zamzamhasan2704 Před 4 lety +1

    Wwwoooww baay'ee namatti tolaa jabaadhaa itti fufaa nurraa hin turinaa malee

  • @sadiyaabinitiisilamii3977

    Mashaallaah baredadha iti fufaa 👍👍💗

  • @aiyshatube7648
    @aiyshatube7648 Před 4 lety +1

    Woww wly Anii dirmaa kana bayee jaldhaa iti fufaa bareduudhani koo isni jaldhaa bayee isaa 🥰🥰🥰🥰

  • @suumaayyaasuumaayyaa8926
    @suumaayyaasuumaayyaa8926 Před 4 lety +44

    Diraam mustariyyaan kesaa jireee bareduu marsaa 6ffa mustariyaa fidaa🤷‍♀️🤷‍♀️

  • @faayooTube
    @faayooTube Před 4 lety +6

    Kkkkkkkkk bayyee bareeda ittii fufaa 💯😍

  • @mahbuubaabilillee1542
    @mahbuubaabilillee1542 Před 4 lety +3

    Dirmaa jechuu kana wallhi Jabadhaa 👌👌👌👏👏👏👏❤❤❤

  • @dingilmariyamamalajenatsha7586

    Waawuu jaladhaa dhugaa namaati tolla ijoolee biyaa koo

  • @mimishekediir1028
    @mimishekediir1028 Před 4 lety +1

    Wowwwwww jabadhu bay'ee namati tola garuu akka nuraa hin ture adaraa🙏

  • @montahaethiopia4431
    @montahaethiopia4431 Před 4 lety +9

    kkkk dhugaa keti jarsatii qaldiin hin jeruu kkkk

  • @fidakaadinulislaam153
    @fidakaadinulislaam153 Před 4 lety +1

    Hasoyaan Ujjolee hararggee tunii heduu nati tolaa waa hundaa calaaa♥️♥️♥️

  • @zubeydaaarsii7795
    @zubeydaaarsii7795 Před 4 lety +3

    Hhhhhhhh
    Bayee Nama tii tollaa

  • @firaayeshaasheliji5710
    @firaayeshaasheliji5710 Před 4 lety +9

    Kkkkkkkkkkkk Waay Ayyaan 1 Attii Tana Akkaa Tettii Tuun Osoo Naaf Masannuu Tattee Yarabbii Mana Keessaa Ibiddii Qabattee 😂😂😂😂😂😂😂

  • @muneeram2497
    @muneeram2497 Před 4 lety +1

    😀😀😀😀😀😀😀🤦‍♀️wayoo garakoo safaxan hin jiruu dhugaa 💚🌹🌹💚❤🇪🇹💪👍👍👍👍👍👍

  • @naimayeenboo9742
    @naimayeenboo9742 Před 4 lety

    Maaaashaallaaa maashaallaaah baga nagan dhuftani abo isin yanera kolfan dhumanee🤣🤣🤣 jajjabadha 💕💕

  • @boonaawallooalimohamed8478
    @boonaawallooalimohamed8478 Před 4 lety +29

    Haagaa amaatii numaa isiin Eegaachuti turee daalagahu dhifnee nuraa turtaan kaa 🤣

  • @suusiikadriisuusiikadirii6738

    Mashaallaah mashaallaah mashaallaah Ayaantuu hinfatuu Tiyyaa

  • @Asu170
    @Asu170 Před 4 lety +15

    Ayan you’re the best 😘 your a great actress 😍 just love you so much ❤️❤️

  • @ali5ntube980
    @ali5ntube980 Před rokem

    I joollee oromoo jajabaadha ilma keessan kanaafiis maatii tahaaf

  • @sabotuarsi4359
    @sabotuarsi4359 Před 4 lety

    wowowowow bayye namati tola ana dhufu dhiga koo qaqaliwwan koo bayye isin yade

  • @hayattube7296
    @hayattube7296 Před 4 lety

    Wallaahi heduu arifadhee hanaguma gadii dhifatanfi nuraa turinaa heduu isiin jaladhaa nuraa turina satile nuu dabalaa osoo lalee qufiin dhumatii uuuufffiiii

  • @halimaaahimed2171
    @halimaaahimed2171 Před 4 lety

    Ayaan jabadhuu jarasaa ofiitii safataa hin jiruu

  • @hamzasalih101
    @hamzasalih101 Před 4 lety +1

    Walahi bayee baredadhaa hhhhhh galatoma waan baredaa isiniraa egnaa

  • @samiratiyya5431
    @samiratiyya5431 Před 4 lety +1

    Masha Allah
    Hunda kessa nuu nama tola jabadha garu hin jiruna kaa

  • @radiyahab2901
    @radiyahab2901 Před 4 lety +7

    Kkkkkk dhukee irraa haxayaa jiraa😂😂😂😂😂

  • @Bashashaaitalaaoromo
    @Bashashaaitalaaoromo Před 3 lety

    Wayii yaa Rabii kiyya kolfanaa dhumenee heduu nuu bharasitanii Galatoma ujoollee Oromoo Like tuqafii

  • @ghanaafrika8960
    @ghanaafrika8960 Před 4 lety +5

    Wenn ihr Papa Said bis zwei Wochen nicht kommst ziehe ich mit meiner Tochter weg von Flensburg

  • @arsidodola569
    @arsidodola569 Před 4 lety +1

    Asalamaleykumi Woramatulhi Wobarakatuh Hunddi kesatu I Love you so much Oromo ko Jajabadhu

  • @hayutube109
    @hayutube109 Před 4 lety

    Mashaa allah mashaa allah mashaa allah halumaa kananaa itii fufaa

  • @fedhinkojannatafedhinkojan3167

    Mashaa allah jabadhaa heduu namati tolla garuu hin Turin akkanati kutaa ittii anuu

  • @user-de1ug5ik2f
    @user-de1ug5ik2f Před 2 lety

    Ani Ayaan fii kulaan hedu jaladha love qaliwan tiyaa Das namaa jetan😍😍😍😍❤❤❤

  • @aminaarsii4142
    @aminaarsii4142 Před 4 lety +2

    Kkkkkkk Ayanee hinafaa kee bayee baredaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️uuuuuphaaa isin hundaa hin jaladhaa

  • @hannitaabaale5056
    @hannitaabaale5056 Před 4 lety

    Baay'ee namati toltaan wallahi Ayyaan kolfan nu fixee wallahi inaftuu akka anatii jarsaratti safaxaan hin jiru obsaa kee kuni rajimaa jarti sadii fudhu heeda wallahi Ayyaan baay'ee namati tolii

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh1120 Před 4 lety +2

    Whwww baye.ee namatti tolaa jabadha itti fufaa

  • @dasicaaffeeanannii4312
    @dasicaaffeeanannii4312 Před 4 lety +2

    Wowowow namaa toollaaa jabadhaa joollee tenyaa jababesuu qabanaa warenee akka kiyyaa kanati hodafatana hundii keesaan galatomaa CZcams channel kana subscribe godhu dagatinaa galatomaa

  • @allhamdulilayaarabbi4108
    @allhamdulilayaarabbi4108 Před 4 lety +3

    Ayan jabeysaa dadeyti qabdi 👍🏻

  • @fadumatube6546
    @fadumatube6546 Před 4 lety +2

    Wayii ayyani😂😂😂😘😘😘😘si jaladha masha allh

  • @RahmaRahma-lg7bf
    @RahmaRahma-lg7bf Před 11 měsíci

    Abuu hafnan ummu hafnan diramaa maf dhiftani das jettu rabbi wsliin umrii diin adheressu

  • @dgghghjj4257
    @dgghghjj4257 Před 4 lety

    Jabadhaa itii fufaa hin turusisinaa adaraa 😍😍😘

  • @misraahajjiidhebbuudinniiq8838

    Kkkkkkkkkk Jabadha dasii jetuu😚😚😍😍😍😍

  • @obsiobsiwahundafurabbijira9297

    Ani mucatima afani damma sani Lale qufu dadhabe jarti obsa lamafa sani daamm 💕💕💕💕💕💕 jabadha lammii koo itti fufa daran cima

  • @makyiatamam226
    @makyiatamam226 Před 4 lety

    Maashaa allah yabarakallah bayye namati tolta obboleewwan koo wlh bayye nama hawatan keessafu haali ufana keedsani heddu namati tola akkanumati itti fufaa!!
    Dhiifama wajiin akkamiti bilbila keessan arkashu dandaha isin barbade isin keessa nama tokkole osoo taate hadara keessan!

    • @Marrushow
      @Marrushow  Před 4 lety

      00967700784666

    • @makyiatamam226
      @makyiatamam226 Před 4 lety

      @@Marrushow oj oj maashaa allah wlh rabbin isinira haa jaalatu ani waan na deebigtan hin seeneyu uff heddu gamade rabbi isin haa gamachisu!!!!

  • @sameraabdulla5342
    @sameraabdulla5342 Před 4 lety

    Wly umaanii siyaasaan nuu hirarseeyuu isiin nuu jabadhaa mee😀😀

  • @ummuusalim3967
    @ummuusalim3967 Před 4 lety

    masha allah baga ngy dhuftanii

  • @sifaanadamsifan3902
    @sifaanadamsifan3902 Před 4 lety

    Bagaa nagan dhufataan qaaqaliwwaan tiyaa bayyeen issin yaaderaa

  • @ashettatabaaiyyroobiyyo3889

    Jabaadha ijoolee teenya baay'ee gaaridha

  • @imaanmohamed5169
    @imaanmohamed5169 Před 4 lety

    Garuutuu nuura hin turusisina please wana heduu isini jalanufu isini kabajunufuu ❤️❤️❤️🌺🌷💐🌹🌹🌺🌺💐💐🌷🌹🌷🌺🌹🌹

  • @moalarsson3707
    @moalarsson3707 Před 4 lety +2

    Ayyaneeeyyeee baga dura dhuyde bishaaan inni fide san. biyye ha dhuyduu hatun tun kkkkk

  • @umuubarakaahtube2098
    @umuubarakaahtube2098 Před 4 lety +1

    Kkkkk jabadhaa bagaa nagayaan dhuftaan 😉

  • @faxumajunedi6353
    @faxumajunedi6353 Před 4 lety +5

    ❤❤❤❤❤❤😘😘 bagaa dhuftani😭😭❤❤❤❤

  • @ashiiteshow7679
    @ashiiteshow7679 Před 4 lety +8

    Waayyii ayyuu tiyyaa 😂😂😂😂

  • @sabontujimma3384
    @sabontujimma3384 Před 4 lety

    Wawuu isin ega ture baga nagan debitan😘😘😘

  • @mdakhter3216
    @mdakhter3216 Před 4 lety

    Heeduu midhagaa itti fufaa😃😃💘💘💘👍👍👍seena kiya nati fakkate iftuu Abshir😢😢🤓🤓😜😜

  • @misrahussain198
    @misrahussain198 Před 4 lety +2

    Baayee namatii toolata qalliwwan👌👌👌👌

  • @hayatube4591
    @hayatube4591 Před 4 lety +1

    Baye takka namatti toltan jabadha itti fufaa

  • @hawinan5013
    @hawinan5013 Před 4 lety +1

    Wooww issiin egaa ture😘😘😘😘😘

  • @caailkora.tadduu8626
    @caailkora.tadduu8626 Před 4 lety +1

    Waayii.ayanii.baayee.sii.jaaladhaa

  • @ummukaalid4288
    @ummukaalid4288 Před 4 lety +4

    Kkkkk way hojii keessan skek doctor kkkk

  • @user-tq9qu2nh4g
    @user-tq9qu2nh4g Před 4 lety

    Wwwwwww Ayyaan Mohammed bareedu tiyyaa uumppp baay'ee sii jaaladha qaashitti tiyya haaluma kana itti nu fufii sabbonttu Sabbonttu tenna ❤❤💋💋👈

  • @ikleemamashallah6848
    @ikleemamashallah6848 Před 4 lety +5

    Bayee bareda ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @fatiyaawallagga1166
    @fatiyaawallagga1166 Před 4 lety

    Baga Nagaan nuf dhuftani bohaarsitoota Kenya