Haacaaluu Hundeessaa Oromumma (Oromo Music)

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 25. 04. 2013
  • Check www.oromp3.com/ for more Oromo music, comedy, drama, film, movie & MP3 Songs. Best Oromo entertainment website!
  • Hudba

Komentáře • 349

  • @sifendebela5548
    @sifendebela5548 Před 4 lety +12

    Sagalee kanaa kanaa bodaa akkan hin dhageenyee yeroon yaadu maraachufin kaa biyeen ana haa nyaatukaa 😭😭😭😭😭

  • @user-tf4cm1od9r
    @user-tf4cm1od9r Před 3 lety +17

    Big love oromia from 🇩🇯🇩🇯🇩🇯💖🌳🌳🌳

  • @hannazawude1054
    @hannazawude1054 Před 6 lety +9

    waaaaaaawu galatoomi hacaaluu keenya sirbi kee heduu nati tola osoo kenya ta.u batee Nan gaba😘😘😘 jabadhuu waan ofii silee hama siraa haqabuu

  • @foziyafaatiyeesanyiiijawar6448

    haceee koo malumaa nuf maltee demteee silaaa uuuuuuuuuufffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭wayoo haceee ko sirbii kee hundinuuu oromiyama farsaaa naa haa nyatee haceee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭biyaaa sifii haaa salphatuuu😭😭😭😭💕💖💖💖💖💞❤❤

  • @Ahmed-211
    @Ahmed-211 Před 2 lety +6

    Sabbontuu oromoo jaalalleto faayaa.❤️❤️😍❤️❤️
    Hamaan si hin argatiin naaf ta'ii nagayaa 🙏😍❤️

    • @zeynabafi7890
      @zeynabafi7890 Před 2 měsíci

      Chhfdfy❤❤❤❤❤🎉😢😅I Unix

  • @walloonwalifii1058
    @walloonwalifii1058 Před 3 lety +11

    Yomuu siin daganuu onneen ilmaan Oromoo kessaa jirtaa💔😭

  • @rkaybdjf6628
    @rkaybdjf6628 Před 6 lety +5

    akkan ishee jaallu kan na godhe keessa oromumma isheeti an kanuman ibsa😍

  • @ayubtarry5797
    @ayubtarry5797 Před 2 lety +20

    long live the immortal hachalu.in our heart you will always be remembered

  • @HamiticKushitic
    @HamiticKushitic Před 4 lety +75

    I cannot have enough of this song. We Oromo have beautiful culture/Adaa and language/Afaan Oromo ❤👈

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    Hacee koo sirba kee yoo dhaggeeffadhu Onnee kootu na kirkiira 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️ dhugaa eessa kaa☝️☝️😭si dhabani jiraachun ulfaatus kuno jirra jenne jiraacha jirra haceekoo😭😭💔💔💔💕💓💓💕💕

  • @user-qj7ub5xl7t
    @user-qj7ub5xl7t Před 5 lety +27

    ሀጨሉ ነብሴ ቋንቋዉንና ባህሉን አክባረ ለኔ ጀግናዬ ነህ

  • @netnati5709
    @netnati5709 Před 4 lety +25

    😔😔ልብ ይሰብራል በጣም አዝነናል, ማንም ሰው እንዲ አይነት ሞት አይገባውም:: ፈጣሪ ነብሱን ይማርልን🙏🏽🙏🏽🙏🏽ግን በሙዚቃዎቹ ሁሌም እናስበዋለን, እንደሰትበታለን, ከልባችን አይጠፋም🤍:: የሀገሬ ልጆች መተሳሰባችንን, ፍቅራችንን አንርሳ እባካቹ, ፍቅር ከምን ይልቃል እና እሱን አስቀድመን እንከባበር, በሀሳብ ባንስማማ እንኩዋን የሱ ሀሳብ የሱ ነው ግን ሰው ነው እና ጏደኛዬ ነውና እወደዋለው ማለት ይልመድብን:: የሀገሬ ልጆች ውድድድ አረጋችሁዋለው❤️

  • @cherunsrane5411
    @cherunsrane5411 Před 2 lety +6

    Still You Are Legend!! and no one replace you, that's why everyday we remember you and crying!!

  • @urjiiabdulmalik
    @urjiiabdulmalik Před 3 lety +56

    🌳❤️🌳❤️🌳❤️🌳❤️🌳❤️🌳
    Oromo jirtu?
    Borana jirtu?
    Shewa jirtu?
    Arsi jirtu?
    Haraghe jirtu?
    Welega jirtu?
    Jimma jirtu?
    Wollo jirtu?
    Gujii jirtu?
    Illuababor jirtu?
    Karrayyu jirtu?
    Soddoo jirtu?
    Qeero jirtu?
    Qaree jirtu?
    Oromo Waaqeffannaa jirtu?
    Oromo Islama jirtu?
    Oromo Christana jirtu?
    Hacaaluu ni Jirra!
    WE ARE PROUD OROMOS!💪🏾, WE WILL FOREVER EXSIST!, WE WILL CONTINUE THE FIGHT FOR FREEDOM!. HACEE KOO YOU WILL ALWAYS LIVE IN OUR HEARTS!. YOU MAYBE GONE IN THIS WORLD BUT NEVER FORGOTTEN!🥺😪
    #JusticeForHacaaluu
    #OromiaShallBeFree
    #OromoProtests
    #ProtectOromoArtists
    #IAmOromoFirst
    #OromoLiberationIsBlackLiberation
    ❤️🌳❤️🌳❤️🌳❤️🌳❤️🌳❤️🌳

  • @singitansalaletube
    @singitansalaletube Před 2 měsíci

    Hacee Koo maal sii godhuuf😭😭😭😭😭😭🙂🙂🙂😭😭😭🥺🥺🥺

  • @gelila8304
    @gelila8304 Před 4 lety +44

    ግን ለምን እንጨካከናለን ተግባብተን መኖር እኮ ባህላችን ነበር አሁን ታድያ ለምን እንገዳደላለን ጥላቻ ለማንም አይጠቅምም እኮ እስቲ እንደሰው ቆም ብለን እናስብ እውነት ግን ሀጫሉን የገደለ ሰው አንቅልፍ ወስዶት እየተኛ ነው በጣም አዝኛለው ለመላው ቤተሰቦቹ እና ለኢትዮጵያ ህዝብ መፅናናት እመኛለው

    • @zedzed9381
      @zedzed9381 Před 3 lety

      👌👌👌👌👌👌😍😍😍😍

    • @derejeadmas4412
      @derejeadmas4412 Před 2 lety

      የምን እንቅልፍ ሁሌም ህሊናው ሲከሰው ይኖራል እንጅ፡ ያሳዝናል፡፡

  • @faycalabdiyoussouf7462

    We love you ❤ my hero , we wiil never forget you Hacee koo miss you 😢😢

  • @IdilAxmad-hv8ns
    @IdilAxmad-hv8ns Před 23 dny +1

    Off.i.love.you.hacalu.hudesaa payee.sii.jalanaa nutrition.sinn.bonaa.❤❤❤❤

  • @makiyamuhammad1855
    @makiyamuhammad1855 Před 2 lety +1

    Haacee Koo yeroo sii yadadhuu Sirbaa kee dhagefadhaa
    My hero ❤️😢

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    Qaalii keenya haacee koo 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @lilyhassan7623
    @lilyhassan7623 Před 4 lety +66

    😢 I’m so saaaadddd I love you rip 💔

  • @sanyihacee1374
    @sanyihacee1374 Před 4 lety +5

    Sagalee ke kan kan bodee hin dhageyuu jechudhaa ka my heart ❤ rip iloveu 😭😭😭😭

  • @youngmbosso4994
    @youngmbosso4994 Před 2 dny

    I love you so much still 2024 😢😢😢😢😢😢

  • @user-vn9cg4zi7j
    @user-vn9cg4zi7j Před měsícem +1

    Still now 18 may 2024😢

  • @husseinkara4301
    @husseinkara4301 Před 2 lety +6

    All time best oromo musicians legend hacaalu hundreds😍

  • @Kiyya-ku3lp
    @Kiyya-ku3lp Před 29 dny +1

    Hamaan sin argaatiin naaf ta’i nagayaa

  • @gadisehhalagorgis7083
    @gadisehhalagorgis7083 Před 3 lety +2

    Hacaluu koo garan nuu gurbaatee maaloo yaa rabbi 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @sarajimma6469
    @sarajimma6469 Před 4 lety +2

    Uuuufffffeee 😭 Gubanee Haccee koo Añna Nyatuu 😭😭😭😭 Nuu gubatii dhiftee Ofi Boqotee Gotaa koo 😭😭😭😭

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety +3

    Afanii oromo guddisee🌳🌳🥰🥰🌹🌹👌

  • @saronephrem7573
    @saronephrem7573 Před 3 lety +16

    Words can't be explain my feeling
    R.I.P

  • @nuttyandvaughn2652
    @nuttyandvaughn2652 Před 4 lety +5

    Hace ko gadheen sii nyaatte bar oso beekkttu taate sin nyaattu turtte gadhumma isheeti hace ko akkamitti jiraanna si dhanbnne 😭😭😭😭 hace ko garaatu na gubateem😭😭😭😭

  • @husseinguyo1177
    @husseinguyo1177 Před 2 lety +16

    Rest in peace our beloved Brother.... Is now 1 year since they took out your life prematurely... But you'll forever in our Hearts.... RIP.

  • @bontuuoro4910
    @bontuuoro4910 Před rokem +1

    Haacc koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤💔🖤💔🖤💔🖤💔🖤💔

  • @azebaregawi5942
    @azebaregawi5942 Před 2 lety +9

    Oromummaa isheen jaalle
    Enyummaa sheefi duuti
    Aadaa shee guddisuuf oliif gadi kaatti
    Sabboontuu oromoo
    Isheen yoomuu kootii
    Afaan shee miidhagaa
    Hugguu isheen haasooytu
    Orommummaa sheetin yommuu itti boontu
    Baay'een ishee jaallee
    Daran jaalatamtuu
    Anaaf ulagaan koo ulaagaan jaalalaa
    Bifaafi bareedinaa hundumaayyu caalaa
    Akkaan ishee jaalluu kan na godhee keessaa
    Oromummaa sheeti an kanuman ibsa
    Sabboontu oromoo jaalallee too faayaa
    Hamaan sin argatini naaf ta'i nagayaa
    Sabboontu oromoo jaalallee too faayaa
    Hamaan sin argatini naaf ta'i nagayaa
    Oromumma isheen jaalle
    Enyummaa sheefi duuti
    Aadaa shee guddisuuf oliif gadi kaatti
    Sabboontuu oromoo
    Isheen yoomuu kootii
    Afaan shee miidhagaa
    Hugguu isheen haasooytu
    Orommummaa sheetin yommuu itti boontu
    Baay'een ishee jaallee
    Daran jaalatamtuu
    Horsadeettan arge yommu irreffattu
    Umaa shee kadhattee yogguu ishiin deebitu
    Uffata aadaatiin miidhagdee bareeddee
    Tasa ishee laaletan keessi go gammade
    Sabboontu oromoo jaalallee too faayaa
    Hamaan sin argatin naaf ta'i nagayaa
    Sabboontu oromoo jaalallee too faayaa
    Hamaan sin argatin naaf ta'i nagayaa
    Anaaf homtuun jiruu isheen kan qixxaa'u
    Ani booji'ameef umurii koo guutuu
    Enyummaan shee qofti na ga'ee qufeeraa
    Ka biraan barbaadu ishumaanan boona
    Sabboontu oromoo jaalallee too faayaa
    Hamaan sin argatini naaf ta'i nagayaa
    Sabboontu oromoo jaalallee too faayaa
    Hamaan sin argatini naaf ta'i nagayaa
    Source: Musixmatch
    Songwriters: Hachalu Hundessa
    Oromummaa lyrics © Excellent!

  • @ameenajabbaar9224
    @ameenajabbaar9224 Před 3 lety +1

    Yaa rabbii koo oromo furmaata fidii

  • @mahadmohamedsheikh2250
    @mahadmohamedsheikh2250 Před 4 lety +11

    i love oromia.

  • @Masti-xu4wo
    @Masti-xu4wo Před měsícem

    😢😢😢😢😢😢Wayoo Haacaa ko😢😢😢😢😢😢😢

  • @sifenkejela9205
    @sifenkejela9205 Před 4 lety +3

    Sabbonakoo hacekooo Nan gubadhee maaloo haceeekooo 😭 wayyoo wayyoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 gumaake nuyii warri sijaalanuu nii debisnaa hacekooo

  • @febenfikadu1458
    @febenfikadu1458 Před měsícem

    You always live in our heart😢❤😩😭

  • @queenrihana912
    @queenrihana912 Před 3 lety +12

    I Love his music but i feel so bad for his family and friends. RIP my favorite singer :( > _

  • @MahihiDede-or1xh
    @MahihiDede-or1xh Před 5 měsíci +1

    I don't know he's language but i like the way he move with melody... R.I.P MR hacchalu may God bless your soul

  • @luliitokuma1793
    @luliitokuma1793 Před 4 lety +1

    Uuuufee hacuuu koooo hin du,nee atii senan yomiyuu tanan sin dagatu kesaa kenyaa jirta haceee kooooo😭💞

  • @fikerfiker3431
    @fikerfiker3431 Před 4 lety +9

    የኔ ጀግና😭😭😭😭ህልም ነው የሚመስለኝ

  • @faizaaoromo4866
    @faizaaoromo4866 Před 4 lety +1

    Ayii bakkaa kee ani kitila yero meqa hadu,uu wayoo Haccee koo akam godhen sii obsaa uuuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭😭

  • @leymong5182
    @leymong5182 Před 2 lety +8

    My lion ❤️ you’ll forever be in our hears.

  • @fatiyajamal9662
    @fatiyajamal9662 Před 4 lety +3

    OROMMA Shee🇾🇪🇾🇪🇾🇪

  • @user-gf9oi8dl1r
    @user-gf9oi8dl1r Před měsícem

    Haceee betam new yemwedh gn......😢😢😢😢😢ahunim isemalewu hulee yanten zefe sisemaa I'm poor

  • @Wubit234
    @Wubit234 Před rokem +1

    ገዳይህ እድሜው ይጠር በሰማይም በምድር የተጠላ ይሁን አሁን ምን ተጠቀመ አንተን የመሰለ ጀግና ወጣት ስለገደለ ምን ይሁን ጥቅሙ😢

  • @jituoro9580
    @jituoro9580 Před 3 lety +1

    Haacee koo uuuuuuuuuuuuuffffffffuuuuu maada hin faayiin nuti taate goota koo an nyaatuu 😢 😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💘💘💘💘 my king

  • @abdihamidhassan4930
    @abdihamidhassan4930 Před 3 lety +8

    Still my fav 2021❤️
    RIP legend

  • @abdulazizahmed5860
    @abdulazizahmed5860 Před 2 lety +1

    Hacceekoo rabbi rahmat siif hagodhu

  • @JabuOroKing7
    @JabuOroKing7 Před 7 dny

    Haccee koo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @yeweyenwaleji7771
    @yeweyenwaleji7771 Před rokem +2

    rest In Peac Young Haccalu Hundesa
    I Dont No The Mining But I Love Your Voiec And The Rytem

  • @wbopwr8820
    @wbopwr8820 Před 4 lety +2

    Sabontu oromo jaalallen toofaaya RIP hacee ko
    Biyyon sitti ha salphattu

  • @gadisehhalagorgis7083
    @gadisehhalagorgis7083 Před 4 lety +4

    Maaloo garan nuu gurbaatee 😭😭😭😭😭😭😭

  • @badhaasaalovelove5381
    @badhaasaalovelove5381 Před 4 lety +2

    oromumaan isheen jalee wawawawawawa jiradhuu hacee

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety +1

    Haccn koo adda oromo guddisee

  • @user-gz5eh6ne7l
    @user-gz5eh6ne7l Před rokem

    Garanugubani maalligonnaa kani sijessittee Rabin ibda azaba ishiihaguubuu

  • @user-gz5eh6ne7l
    @user-gz5eh6ne7l Před rokem

    Haccaalluu Rabin jeennaattanni sihagammachiissuu inshaallaa

  • @ethiopiantube6125
    @ethiopiantube6125 Před rokem +1

    Rip bra zefenu hulame merete nachew Hache

  • @abdifataahdeyibseid3269
    @abdifataahdeyibseid3269 Před 3 měsíci

    Watching April 2024
    Ramadan Mubarak

  • @modreamz276
    @modreamz276 Před 3 lety +5

    It’s July 2021 and this song 🎶 is a banger ❤️‍🔥🌳❤️‍🔥💯🔥

  • @Deenfacts001
    @Deenfacts001 Před 4 lety +11

    R.I.P king 🤴💔💔💔😢😢😭😭😭😭

  • @WesenAsefa
    @WesenAsefa Před 4 měsíci

    Oromo Koo❤❤❤

  • @makkamakka3537
    @makkamakka3537 Před 3 lety +1

    Hacceekoo madaa yoomu hin fayyine nutti taate uuuuuuuuff nagubadhe 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @youngmbosso4994
    @youngmbosso4994 Před měsícem +1

    Been tribal minded won't take you anywhere 😢😢😢😢😢

  • @sandialaryani5922
    @sandialaryani5922 Před 2 lety +1

    Anaan Haceekoo Boonyaanis Naaf Dhumuu Dide Gootakoo Maal Siif Haa Ta'Ugaa Obboleessakoo Biyyeen Sitti Haa Salphattu Male

  • @firoadu6645
    @firoadu6645 Před rokem +1

    Zenaci koo 💔💔

  • @mymamismylife
    @mymamismylife Před rokem

    Sirba hedduu jaaladhu dha ❤❤❤❤

  • @leencawaabeegamaa9572
    @leencawaabeegamaa9572 Před 4 lety +6

    yoomillee dhageeffadhee hin quufu

  • @kiflemaruleul6023
    @kiflemaruleul6023 Před 4 lety +9

    uff am heart broken,this is my favorite song,though don't understand it.rest in peace bro.

    • @farhiyaa4880
      @farhiyaa4880 Před 3 lety

      He sings about the beauty and blessing of Oromo women.

  • @user-dx6zo4xd9m
    @user-dx6zo4xd9m Před 3 lety

    Malii siif tanaaree bolaa kee dadhii haa gutuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

  • @abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645

    Haccaalluu koo mucaa biyaa koo yomiile jireenyaa kee siif hawwaa

  • @yeweyenwaleji7771
    @yeweyenwaleji7771 Před rokem +2

    He Is Legnend Forever die Young

  • @orotvworld_1338
    @orotvworld_1338 Před 2 lety +1

    Haceekoo💔😭

  • @kiyatadessebikila6934
    @kiyatadessebikila6934 Před 3 lety +5

    So heart breaking 💔😢😪😞😭😫💔😢😪😞😭😫💔

  • @user-kn8yz2xk9n
    @user-kn8yz2xk9n Před 2 měsíci

    Malan godhaa uuuuuufff wannan godhun dhabe

  • @SiciidabdiNajib
    @SiciidabdiNajib Před 5 měsíci

    oromo 1 oromo1 ❤💚❤

  • @fishalex1768
    @fishalex1768 Před rokem

    Ene ye sheger leje ney gn What A music 😵😵🙌🥰😘😭

  • @enayko5471
    @enayko5471 Před 5 lety +3

    I love you oromia koo 😘💖
    I love Yaa haacu ko yena jagena
    Leke everyday no Forget never

  • @user-fo3tz6yv6e
    @user-fo3tz6yv6e Před 12 dny

    Wayo gara nuwadamem ufffff

  • @jnat1182
    @jnat1182 Před 3 lety +1

    Uuuuuuffff hacee koo anna haa nyatuu kichuu koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @boontujimmaa9462
    @boontujimmaa9462 Před 3 lety +3

    Legend R.i.p love from jimaa ABA jifar

  • @dawitmekonen32
    @dawitmekonen32 Před 2 lety +11

    Legend never dies

  • @melatetadesse5283
    @melatetadesse5283 Před 3 lety +1

    Bareedduu Oromos ❤️🌳❤️

  • @user-nr2gy5jp1o
    @user-nr2gy5jp1o Před 3 měsíci

    Hacee koo jechaa akkamin sii ibsuu laata jechaa siif ta'un dhabeem 😢😢😢😢

  • @shaallooharoodambalinteres8634

    hacccee Koo

  • @farhiyaabdalla250
    @farhiyaabdalla250 Před 5 lety +5

    LOVE YOU ORO KOO

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508

    Hacee koo uuuuuuf 😭😭😭😭💔Oromiyaa tiyya osoo jetuu garaa sitti jabaate biyyon uuuuuuf 😭😭😭😭😭😭

  • @finfinenkanoromodh6750

    Sabontun oromoo ishen yomu kotii hacee lencakoooo😗😗😗😗😗

  • @nebiyatabasanbi8513
    @nebiyatabasanbi8513 Před 3 lety +1

    Haccekoo lencaakoo gubane bar💔😭😭😭

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    Hacee koo si yaadem😭😭😭😭😭😭

  • @munadiree5560
    @munadiree5560 Před 3 lety +3

    😭😭💔jechoota hin qabuu waanin ja'uu hin bekuu hacee ko rip

  • @samiramuhhabbaa4809
    @samiramuhhabbaa4809 Před rokem

    Afaan Ormoo Koo baay,ee

  • @BadriyaAbdullaxif
    @BadriyaAbdullaxif Před 10 měsíci

    Hacee koo😍😍😍😍

  • @MichaelJordan-eg5jd
    @MichaelJordan-eg5jd Před 2 lety +1

    YOU ARE BEAST SONGER GODBYE

  • @bintiidaakhaabintiidaakhaa1600

    Nure umar

  • @singitansalaletube
    @singitansalaletube Před 2 měsíci

    Hacee koo lubbuu kee haa janatu qaalii koo ani saba koof Qaalidha jeettee nuu gataa? Hacuu koo lubbuu koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢

  • @user-vu6zz8ti3n
    @user-vu6zz8ti3n Před rokem

    Hacee jajabeko❤😢

  • @yannetadane5338
    @yannetadane5338 Před 4 lety +2

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuu biyyee ana nyatuu hacaluu koo