NEW Ustaaz Abdulrahman Husseen Arjuumaa kee-hin dhuumuu Rabbi Nuugargarii Menzuma Afaan Oromo..

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 29. 10. 2012
  • A.Husseen

Komentáře • 1,4K

  • @imaanaimaltu839
    @imaanaimaltu839 Před 2 lety +10

    Sallallahu aleeyhi wassallam 😭💞🙏masha allaha tabrk Jzkumullah ustaaza keenya Rabbiin hafte umri teeysan keessa baraka haa kahu inshallaha 🥰🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @jamaludiinhusseen5801
    @jamaludiinhusseen5801 Před 3 lety +4

    As wr wb maashaa Allaah Amiiiiin yaa rabbi jzlk

  • @sugarsn9611
    @sugarsn9611 Před 3 lety +3

    Maashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah rabbii umrii keessaa nuuf haa dheereessuu jzk ustazaa keenyaa kabaajamoo

  • @rahemakamblo5095
    @rahemakamblo5095 Před 4 lety +14

    Mashaaaaallllllaa Rabbi sirra ha jalatuu😭😭😭😭💯💯

  • @furdosezakiir8926
    @furdosezakiir8926 Před 4 lety +9

    Mashaala mashaala rabbin isinira ha jalattu jzkl ustaaz kenya subahan alla rabbiin nu haa tasiisuu ummata muslima maraa issani laahila ayilaala subahan alla 🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽🙏🙏🙏☝️☝️☝️💟💟😭😭😭😭

    • @AyyanTofiq
      @AyyanTofiq Před 28 dny

      ❤❤❤❤❤❤❤😂🎉🎉

  • @aishaali7300
    @aishaali7300 Před 8 lety +6

    Amiiiiiiiiiin
    Amiiiiiiiiiin....
    Rabbiin janatul firdowsiin si ha badhasuu Inshalaa

  • @nasabukofaleshashamnneait8995

    mashaallaa rabbi umrri keessan haa dheeresu yaa rabbi gudadha baga gaya jz keessan jeyantalaa firdoosi❤❤❤💙💙💙💙💟💟💚💚

  • @mssamirah9636
    @mssamirah9636 Před rokem +1

    Rabiiiin umurii kesaan nuuf hadheresu ustazotaa ko bayeen isiin jaladhaa wly rabiin ko naaf.ragadhaa rabumaf jechan isiin jaladhaa💚💚💚😭😭😭😭😭😭

  • @alhamdulillaahforeverythin9732

    wa Aleeykumu salaam warahmatullaahi wabarakaatu
    Sallallaahu Aleeyhi wasallam
    Maashaa'Allaah Maashaa'Allaah Maashaa'Allaah Maashaa'Allaah Maashaa'Allaah tabaarakallaah jazaa kumullaah keyran

  • @mssamirah9636
    @mssamirah9636 Před rokem +10

    Rabiin Ramatta ☝😭😭isattin caffee jennattaa kesattii wolittii nuha.qabuu ollaa nabiiyyii kenyattiin 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Sallallahu aleyhi wosallam❤❤❤

  • @suleymanhusen2546
    @suleymanhusen2546 Před 3 lety +3

    Masha'aallah rabbi umrii dheertu isini ha kennu insha'aallah

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga9337 Před 3 lety +4

    Maash Alla 💗 Maash Alla
    Maash Alla 💗 Maash Alla
    Rabbin isinira Haa Jalattu

  • @fadialover9640
    @fadialover9640 Před 3 lety +3

    Alhamdulillah Alhamdulillah faaruu kan Rabbiiti

  • @firdosajundii5879
    @firdosajundii5879 Před 5 lety +4

    Mashaallahmashaallah tabaraakallah rabbi umarii dheeratuu isinif haa laatuu usuutaz keenyaa

  • @meruuadmii7862
    @meruuadmii7862 Před 4 lety +1

    maash. lhaa Nashidaa akanaa jalhadhuu hin qaabuu waalhaa ~~Raabini umurii keesanii haa dhersuu~~

  • @user-xg9ei5tb5c
    @user-xg9ei5tb5c Před 4 lety +1

    Mashaaaaa alla tabarakalaa rabini isiniraa haa jalatuu rabini umrii kesani haa dheresuu 😘😘😘😍ustazaa kenyaa

  • @maryamq2477
    @maryamq2477 Před 3 lety +3

    Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah Rabin sira hajalatuu 😭😭😭

  • @derartuamin3200
    @derartuamin3200 Před 4 lety +4

    Mashallaha❤ Mashallaha❤ Mashallaha❤ Mashallaha❤ Tabarakallaha Tabarakallaha JZK Allah rabbii umurii isini haa dhereesuu Inshallaha

  • @hidiyalubu3950
    @hidiyalubu3950 Před 7 měsíci +2

    As wr wb masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla masha allllllla ❤❤❤❤

  • @bashakonjo6613
    @bashakonjo6613 Před 4 lety +2

    Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa Mashallaa rabbii siraa haa jalatuu 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕

  • @SamiraSamira-zx2mc
    @SamiraSamira-zx2mc Před 6 lety +9

    mashahalla mashahalla mashahalla mashahalla mashahalla mashahalla rabiin isinira haa jalatuu umriin kesan haa dheratu Rabin darajaa kesan ol haa fudhuu rabiin akiraf duniyaa gamachuu argadhaa.

  • @semaaismaeil609
    @semaaismaeil609 Před rokem +3

    Maashaa.allaahaa maashaa allaahaa maashaa allaahaa jzk💘💘💘💘💘💘💘

  • @meruuadmii7862
    @meruuadmii7862 Před 3 lety +1

    Rabiinii umurii keessanii haa dersuu mashaa. lhaa ergaa guudaa ofii keesaa qaabaa wlyaa

  • @mixcell9070
    @mixcell9070 Před 3 lety

    Masha allaa
    Masha allaa
    Masha allaa
    Yarabii dhagefadhelle hin qufuu nashidaa kanaa yarabee nufii Lafisi

  • @brechatali9221
    @brechatali9221 Před 3 lety +9

    አልሀምዱሊላህ ረቢል አለሚን ሙስሊም ላደረረከኝ ጌታዬ ምስጋና ይገባው

  • @taibaabdullah4707
    @taibaabdullah4707 Před 3 lety +3

    Mashallaa mashallaa mashallaa

  • @seeyifaddinawwal558
    @seeyifaddinawwal558 Před 6 lety +2

    Maashaa aallaa Maashaa aallaa rabbii sirra haa jallattu ustaz Abdul rahman husen tesson kee janata haa ta'u

  • @rozaahusenrozaahusen746
    @rozaahusenrozaahusen746 Před 2 lety +1

    Yaa Rabbi yaa Alhaaa amiiiiiiiin amiiiiiiiin 😭 yada muradaa kenaa nufi gutii

  • @ummuhuzeyfaa8845
    @ummuhuzeyfaa8845 Před 4 lety +11

    Mashaa Allaah mashaa Allaah rabbiin isiniraa haa jalatuu ustaz kenyaa

  • @asdnfbhjjjwetimbhjjgf2535

    mashaalla Allaha rabbii isin irraa ha jallattuu itazii kenyaaa rabbii jenattani isin ha gamachisuu yaa Amiiiiiiiiiii Amiiiiiiiiiii Amiiiiiiiii Amiiiiiiiiiiiiii

  • @yaarabbiinasiriidiniinufke6916

    masha, Allah tabarakallah jazaakumulah keyran ustaz Rabbiin mindaa kessan jannataan isiif haa debisuu insha, Allah nunimo nama irraa fayyadamu nu haa tasiissuu Rabbiin kenyaa akkasumalle olaa nabi muhammad S, A, W nu haa tasiissuu

    • @aarrtter5576
      @aarrtter5576 Před 5 lety

      Mana wosapi

    • @QwEa-yq4vo
      @QwEa-yq4vo Před 7 měsíci

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 Před 3 lety +1

    Mashaa allah ustaaza keenya umrii nuuf dheeradhaa JZK inshaa allah

  • @kaltumabilal1220
    @kaltumabilal1220 Před 11 lety +6

    i like your quraans there pretty good i am a muslim you should make more

  • @duretiitube389
    @duretiitube389 Před 3 lety +3

    As wr wb
    Mashaallah

  • @lalitamardexa1028
    @lalitamardexa1028 Před 3 lety +1

    Masha Allah masha Allah rabbiin isinir haa jallatuu

  • @ruqiyaaabdalaamusilimaa358

    AS wr wb mashala allh tabara.kalaa😭😭 😭😭😭😭☝ya rabbii ya rahamasnii nu gargarii😭😭😭😭rabin isiniraa ha jalatuu❤❤❤❤❤❤👂👈☝

  • @asladiinziyaad4407
    @asladiinziyaad4407 Před 6 lety +6

    Masha Allah afaan sii muriiiin ustaz kenyaa

  • @mkhkiyyaam6610
    @mkhkiyyaam6610 Před 9 lety +5

    Mashalla mashalla tabarakalaa jazakahuu kerini

  • @chaltoohusain6979
    @chaltoohusain6979 Před 3 lety +2

    Masha allhaa masha allhaa masha allhaa masha allhaa masha allhaa masha allhaa masha allhaa masha allhaa masha allhaa masha allhaa

  • @alainnufjiradhusanyiioromo5562

    Yaa rabbii nuu qaajeechii arjuùman keetii yaa rabbii imaana haaqaa nuu badhaasii😭😭😭

  • @eynabeynab
    @eynabeynab Před rokem +3

    Mashaallaa🤲🤲👍💜🧡☪️☪️💟❤💝💖

  • @mssamirah9636
    @mssamirah9636 Před rokem +3

    Maashaa Allaah

  • @umusufiyyaa204
    @umusufiyyaa204 Před 4 lety

    Ani nashida tana bayee jaladha masha.aallaha

  • @hayyatbintiislama7829
    @hayyatbintiislama7829 Před 5 lety +1

    Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa jzk Rabbin umrii keessa nufuuh haa dheresuu jzk 💖💖💖💖💖💝💝💝💝💝💝

  • @musteteshome3106
    @musteteshome3106 Před 9 lety +6

    maashaallaah. Uztaaz Abdurrahmaan rabbi sirraa haa jaalatu. Maashaallaah

  • @dahabowdahabz9472
    @dahabowdahabz9472 Před rokem +5

    Mashallah ♥️🌺🌺🌺

  • @jamilatuna8726
    @jamilatuna8726 Před 4 lety

    Mashalaa Rabbin isin irra haa jalatuu Ustaza keenya jalatamaa fi kabajamaa

  • @orogold1886
    @orogold1886 Před 2 lety

    Uuuuuuuffff akkattin jaaladhu nashiidaaa kana maashaa allah tabaarak allah 😥😭💔🥺

  • @roozshow2537
    @roozshow2537 Před 7 lety +4

    mashaa Allah mashaa Allah rabbiin isiinirraa haa

  • @khadijashubiso3837
    @khadijashubiso3837 Před 5 lety +9

    Masha,Allah umurii nuf dheradhaa heduu isiin jaladha rabbiif jechaa

  • @konjokonjo8613
    @konjokonjo8613 Před 4 lety

    Maasha Allah rabbiif jecha isin jaalladha rabbi ana caalaa isin haa jaallatu umrii dheertuu isiniif haa kennu insha Allah jazaakallah kayir ustaaz

  • @SefanSafan-ys5xf
    @SefanSafan-ys5xf Před rokem +2

    Alhmdulillah ☝️ 🙏 ☝️

  • @nadiahashim3583
    @nadiahashim3583 Před 8 lety +4

    mashaAllah warra dhageefate keyri itti dalagatu nu haa godhu, Ammiin

  • @sumayaahajjiihawituunasiri3887

    Asalamaleyykum
    warahamatuullih
    wabarakatuu❤
    mashaa Allah
    mashaa Allah
    mashaa Allah
    mashaa Allah
    mashaa Allah
    mashaa Allah
    Allahu Akibbar
    Allahu Akibari
    Allahu Akibari
    Allahu Akibari
    Allahu Akibari Rabii isini irraa ha jalatuu Umrii keessani dabalee dabalee nufii ha dheresuu yaaAllah Rabbii ijaa rahamatatini isini ha lalaluu bakkaa jirtanitii nagahafi Rahamani Rabbii isini irraa ha jiratuu Imanaa dhumaa hin qabinee daballee isinifi ha kenuu wani yadaani kullii Rabbii isinifi ha gutuu wallahi wantaa isini jedhuutu nafii haqatee lubbuu koo fidaa kessani ha tatuu isini Jalanaa uszataa kenaa nufii jiradhaa Rabbii isini wojjinii Ha jiratuu bakkaa jirtanitii inshaa Allah❤❤❤❤❤☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝ Du'ayyii kessani Amiiiiiiiiiiiiiiiin
    Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin
    Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
    Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
    Amiiiiiiiiiiiiiiin
    Amiiiiiiiiiiiiiiin
    Yaa Rabii Yaa Allah
    Amiiiiiiiiiiin sumaa Amiiiiiiiiiin Jzk barakallahu fikumi♡♡♡♡

  • @jamilatube4238
    @jamilatube4238 Před 3 lety +1

    Mashallah mashallah mashallah tabaarkaallaa tabaarkaallaa h jzk keryi

  • @mirraajamalfiromarsiannadi4526

    Asallaamu Alleykum warahmaatullahi wabarakaatuhu Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
    yaa rabbii Amiiiiiiin
    yaa rabbii nutii Arjomi Arjuma kee kani hin dhumnee yaa qaharuu mashaa allaa mashaa allaa mashaa allaa mashaa allaa mashaa allaa mashaa allaa obolesa keennaa jazzani kee rabbii birraa haa ta.uu Rabbiin dabale sih haa kennuu nutisi nama sira dhagefatee ittiin fayyadamu nu haa tasisuu Qaliqnii oli ta.ee Yaa Rabbii Imana nu gutii yaa allaa

  • @hikimaaabdalla4060
    @hikimaaabdalla4060 Před 6 lety +9

    Mashaallah mashaallah tabarakallaah

  • @ganowario3589
    @ganowario3589 Před 4 lety +12

    Masha Allaha rabbin sirra haa jaltuu ummri nufii dheradhu

    • @sadiyahanako8671
      @sadiyahanako8671 Před 3 lety +1

      ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله تبارك الله لله زاذا

    • @fadiilaa.abunaa744
      @fadiilaa.abunaa744 Před rokem

      As.wr.wb luubuu.kiyaa

    • @jemalsayyo6256
      @jemalsayyo6256 Před rokem

      Masha Allah umri nuf dhuradhu❤️❤️❤️❤️

  • @aishaahmaw6040
    @aishaahmaw6040 Před 8 lety +1

    Rabiin Umriiii keesaaan ha dhersuuu jaynataa isnii ha badhasuu Rabiin

  • @jamelako4822
    @jamelako4822 Před 3 lety +2

    Mashaallaa mashaalaa

  • @nannokenna9848
    @nannokenna9848 Před rokem +3

    mashaa allah

  • @abdifatahjibriil3097
    @abdifatahjibriil3097 Před 8 lety +5

    Masha Allah Obeysa keenya rabbin Adunyaa fi Akhiraadhas kheyriidhan si haa fedhu

  • @user-rn4eg7hd7v
    @user-rn4eg7hd7v Před 4 lety +2

    maashaallah maashaallah maashaallah maashaallah Tabarakallah Jzkl Ammmiiiiiiiiin Ammmiiiiiiiiin Allahuma Ammmiiiiiiiiin 😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 ☝ ☝ ☝ ☝ yaa Allaah ☝ ☝

    • @makdbugaketiitifufi5803
      @makdbugaketiitifufi5803 Před 3 lety

      Amiiiin Amiiiiiiin Amiiiiiiin yaa Alalh ☝😭😭😭😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💚💚💚💚💚💚💔💔💔💔💔💝💝💝💝💝💝

  • @ronajour4829
    @ronajour4829 Před 4 lety

    Masha'aalla rabbin sirra hajalatu keyirii sitti lafisu sheri sirra ha fagesu jazakumula wokayran

  • @nuriyusuf178
    @nuriyusuf178 Před 10 lety +10

    This is favorite song I loved and I listened what beautiful
    I ask allh whatever you want give you duniya and akhira

    • @resalafaris7033
      @resalafaris7033 Před 8 lety

      Asalamalikumi waramatulhii wabarakatuhu mashala tabarakalaa amalee rabini bekumiisa dhumaa hini qabinee isinifii haa dabaluu ishaalaa jezani kessani jenatul foridoosi ishalaa

    • @alamyoualama5378
      @alamyoualama5378 Před 2 lety

      Mashala mashalaa 💓💓💞💞💞💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘👍👍☝️☝️☝️

    • @rehimatube6971
      @rehimatube6971 Před 2 lety

      Nursing lubbuu maati naafii tayyii

    • @rehimatube6971
      @rehimatube6971 Před 2 lety

      @@resalafaris7033 resalable lubbuu maati naafii tayyii

  • @kedirbati5917
    @kedirbati5917 Před 6 lety +5

    Masha Allah Rabbiin Umrii nuf si haa dhereesuu

    • @akamiyoutamima3620
      @akamiyoutamima3620 Před 4 lety

      Mashalaa rabiini sira hajalatu👍👍👍👍👍👍👍💓💓

  • @halisho8673
    @halisho8673 Před 6 lety +1

    Masha Allah Tabaararllh wly yeroo senaa sabodaa akkana bareduu taa halaa garinii onnee nama jiftuu tanaa dhagefadhuu akka namaa ibidaa garatii dhugee wanii qoraa itii dhugetii onnee too na qabanoftii ijiii too imimanini jitiii anii wanii jedhuu hin qabuu utazaa Abdurahaman huseen rabbini jazaa tesanii duniyyatii jiruu jarii akartiii sadetanii janataa kesaa nama iraa wamamu isinii ha tasisuu nulee nama iraa bartee itii fayyadamuu nu haa tasisuu 😭😭😭😭😭😭 watii arsiraa jiruu kunii yeroo ani xiqoo matii ko mudatee argee jiraa garuu obsanii biraa taruu hinii dadenee malifa wanii bartanii hin arginifii

  • @husenjarso1669
    @husenjarso1669 Před 9 lety +1

    masha allah rabbiin uriikee nuhaa dheressu

  • @user-ge9yn1ge2p
    @user-ge9yn1ge2p Před 5 lety +6

    ወይኔ በዚህ ነሺዳ ትዝታ አለብኝ ፋጡማ የምትባል ጓደኛየ የሻሸመኔ ልጅ ናት እና አብረን ስንሆን ይሄን ነበር የምትከፍተዉ እኔ ግን አማረኛ ተናጋሪ ነኝ ይሄ አይገባኝም ጓደኛየ ምን ግዜም እወድሻለሁ ብንለያይም አረሳሽም

  • @user-jl5sl7hu1s
    @user-jl5sl7hu1s Před 7 lety +8

    maashaa Allaah maashaa Allaah maashaa Allaah Tabaraakalaah Ustaazaa Jazaakalah keyra

    • @user-pr1by4rj7o
      @user-pr1by4rj7o Před rokem

      As wr wb mashaallh mashaallh mashaallh mashaallh 😭😭🌹🌹

  • @jamila.amaansa2712
    @jamila.amaansa2712 Před 7 lety +1

    maashaa
    allaah raabbii isiin irraa ha jaalaatu
    raabbii umir nufi isn haa dheerusu

  • @user-ok8cq1de8p
    @user-ok8cq1de8p Před 4 lety

    Rabbiin umrii isin haa dheeressu

  • @abdirahman9518
    @abdirahman9518 Před 4 lety +5

    Mashallah mashallah rabbii sirra haa jalatu

  • @baritemohammed1808
    @baritemohammed1808 Před 7 lety +4

    Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin wowwwww mashalla Allah beautiful nasheed Rabbii si raa haa jalaatuu Rabbiin si raa haa qebbaluu

  • @fatushbbe8260
    @fatushbbe8260 Před 4 lety +2

    Masha Allah obboleesa koo abdirahman Hussein

  • @safiaaaaa4820
    @safiaaaaa4820 Před 4 lety +2

    Mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla mashalla tabarakala

  • @hatimyahiya9105
    @hatimyahiya9105 Před 5 lety +4

    mashaa Allaah mashaa Allaah mashaa Allaah mashaa Tabbarakallaah Tabbarakallaah rabbii sirahaa haa jalattuu Usatazaa kenaa Jzk

  • @user-jp2ne2pj3r
    @user-jp2ne2pj3r Před 8 lety +8

    Gannati furii Gurruu
    AS WR WB
    Mshaala mashalaa
    bayee namaa gamachisaa ustazaa kenyaa umrii nuu dheradhaa bekkumsaa dhumaa hin qabnee rabiin issinf haa keennuu
    JZKLK😭

  • @fhffg1323
    @fhffg1323 Před 9 lety +2

    MASHAA'ALAA raabii siihaa jallatu baay'ee naamattii toolaa raabii nuuf araramu isinis jezaakuma'alaa keeraaaan zara jamal saudi arabia irraa

  • @bestrediiiamiirisha592
    @bestrediiiamiirisha592 Před 4 lety +1

    Masha allha dhagefadhe hin qufu heedduu samu nama jisa

  • @oromooabaa8767
    @oromooabaa8767 Před 3 lety +3

    Mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla

  • @zharazharamashaaallaah4343

    Mashaa Allaah mashaa Allaah Alhamdulillahi Alhamdulilaah Alhamdulilaah Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiin yaa Allaah 😢, 😢😢😢😢

  • @asliioromo63
    @asliioromo63 Před 8 lety +1

    Naaam Ariuumaa kee-hin dhuumu,,,,,yaa RABIKO imanaa nuuguti yaaaaaaaaaa rebbi

  • @zamzamabdela6021
    @zamzamabdela6021 Před 2 lety +2

    mashalala

  • @norianoria650
    @norianoria650 Před 8 lety +3

    Maashaa Allah Rabbiin umrii isiin haa dheeresuu goorsii baay'ee gaariidhaa Jaazaa kumulahi kheeyraan

    • @naaiimaaema168
      @naaiimaaema168 Před 4 lety

      Mààààshàà Allah Mààààshàà Allhaa
      Ustazaa kenaa Gaalanii kessan jaantaaa fiirodosoo inshaallah

  • @yaaharmetoomaltuusirraanaa7768

    As wr wb Yaa Rabbii yaa Alahhhhhhh 👍👍👍👍👍👍👍

  • @Aysha.a-qh3ey
    @Aysha.a-qh3ey Před 3 měsíci

    Mashaa allah rabbiin umrii isiin haa dhereesuu

  • @mominaahasan4911
    @mominaahasan4911 Před 2 lety +2

    Masha allah

  • @arabeearabeeethiopia9532
    @arabeearabeeethiopia9532 Před 9 lety +4

    Mashallah allah obboleessa kiyya qaali jaza kallah keeyran umiri dheera

  • @kiyyaakookeetiikiyyaa7471

    waaleykum assaalam waramatulhaa wobarakatuhuu
    mashaa aalhaa
    mashaa aalhaa
    rabbiin isiin irraa haa jaalatu ustazaa
    umer.keessani rabbiin haa dherreessuu

  • @abosaif9462
    @abosaif9462 Před 3 lety +1

    Mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah tabakkiillaah jzk

  • @aniniisumaamaleee9836
    @aniniisumaamaleee9836 Před 7 lety +1

    Maashaa Allaah Rabbii jazaa kee jannaata sihi haa debiisuuu

  • @zamzamzamzam5945
    @zamzamzamzam5945 Před 4 lety +11

    I feel so good when even I listen to dis sheikh

  • @ashaamuhammad6361
    @ashaamuhammad6361 Před 7 lety +6

    mashaallaah Rabbii isin iraa haa jalatuu Yaa ustazaa Kenyaa Rabbii umurii kesaan haa dheresuu inshallaah

  • @arisesabaa7573
    @arisesabaa7573 Před 2 lety +2

    Mashaallah mashaallah

  • @user-gq3wq2zz4z
    @user-gq3wq2zz4z Před 7 lety +6

    Mashaallaah tabarakallaah rabbi sirra ha jallaatu jazakallaahu keyraan

  • @hayatbitiislam9607
    @hayatbitiislam9607 Před 6 lety +6

    Yaa ustzaa kenya rabbiin sirra baa jalatuu insha allah
    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
    🍰🍰🍰🍰🍰🍰🍰🍰🍰
    👈👈👈👈☝☝👌👌👌

  • @fatimahahmed1209
    @fatimahahmed1209 Před 5 lety

    Madhaa Allah rabbin umurii keessan nuuf hadhersuu ustanuu😍😍😍😘😘

  • @mohammedbest1547
    @mohammedbest1547 Před 8 lety +1

    Waa'alleeykumasalam Waarahamatulah Waabarakatuh
    Maasha Allah Maasha Allah Ustaaza Kenyaa Rabbiin Isiiniraa Haa Jaalatuu
    Rabbiin beekkumsaa Dabalee Isiinifi Haa kennuu
    Baarakalahu Fikkuum Waa jaazza Kumulaahkeeyran

  • @najathussain2779
    @najathussain2779 Před 4 lety +3

    Mashallha tabarakalla ☝️🤲🤲🤲🤲💞💞