alahamdulillaa galata rabbii abdiin harka zaalimaati bahee mana isaatti galee alahamdulillaa🙏🙏🤲☝️💪

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024

Komentáře • 471

  • @GennaHassen-nn4fg
    @GennaHassen-nn4fg Před 22 dny +55

    Ani Abdiif wanti dhaamuu barbaadu yeroo baayyee dhaamee jiraas Duniyaaa tana jabeeffadhu jedhan wallaahi Duniyaa Takka dhiirati mee warri Duniyaa jaalattan lakki godha 🙏

  • @ayshahayshah4490
    @ayshahayshah4490 Před 21 dnem +1

    Kanaa bodaa qaqaa dhisaa jireenya keessani jiradha kalsii abdii ati amo duniya Kanaa bodaa xutaa tanaa ati namaa miti umataa mujirima sanii harka si bafate ilmaa kee walii si qabade sinii eguu isii akka dubarti jabadudha wly osoo arii walii qabadani abba ilmaani kiyati jetee si cinaa dhabachu isii namaa tolaa wly duniya my king ❤❤❤❤❤❤

  • @hadhafaaris1790
    @hadhafaaris1790 Před 21 dnem +2

    Alhamdulillaan Alhamdulillaan Alhamdulillaan Alhamdulillaan

  • @NazuTub
    @NazuTub Před 22 dny +7

    Wow maashaa aallh thabarakallh ❤❤❤❤❤❤❤❤ d❤❤❤s❤❤❤❤❤a❤❤❤❤❤❤bagarabin nuf base❤❤❤

  • @zedihuseen7403
    @zedihuseen7403 Před 21 dnem +1

    Duniyaa rabi isani haa eggu inshallah rabbi ❤❤❤❤🎉🎉❤❤🎉🎉❤👍👍👍🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅👍👍👍🎊🎊🎊🎊

  • @hadhafaaris1790
    @hadhafaaris1790 Před 21 dnem +2

    Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa Mashaalhaa

  • @MmMm-up8yt
    @MmMm-up8yt Před 21 dnem +1

    Abdii Atii yeroo Artee heduu jarjartaa duniyaa jartii te jabeyfadhuu wly😢😢❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @MbMc-g1z
    @MbMc-g1z Před 22 dny +1

    Alhamdulillah alhamdulillah galtaa rabbii bagaa jirtaan hunddii keessanu 🐅💪🐅🐅🐅🐅🐅🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @AshaaMohammedAashaMohammed

    Yaa duniyaa Rabbiin jarsaa kee kana siifi haa qaajelichu inshaa Allah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉 baga raabiin sii baase 😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mdjobair315
    @mdjobair315 Před 22 dny +10

    Dunyaa tiyaa amalee ijoolee teetii egadhuu rabii sii haa eguu

  • @Makkiqashitioro
    @Makkiqashitioro Před 22 dny +2

    Yaa abdii wly bily duniyaa jabafadhuu dhifamma gafadhuu yaa duniyaa rabbi sif ijolee tellee sii haa eguu😢😢

  • @sofiadefu3063
    @sofiadefu3063 Před 21 dnem +1

    Uufiiii duniyaa takatii qilee kumaa 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @mohammedhamed422
    @mohammedhamed422 Před 22 dny +4

    Baga baate akka keetiifiimi duniyaa jabeefadhu abdi isiin alatti ati baadoo tahuu uf bari

  • @JamelaKamel-u3y
    @JamelaKamel-u3y Před 21 dnem +1

    Ahllahmdullillah Ahllahmdullillah Ahllahmdullillah is 😢😢😢

  • @Warqee-ei3yk
    @Warqee-ei3yk Před 22 dny +7

    Yaa Duniyaa rabbin sihaa tiksuu tikasaa jala sihaa kaawatuu rabbiin an gaafa Najjaash dalagaa sigodhatee kaasee duraan duubaanan sihordofaa turee😢😢😢 dhugaarrattii duuta Aaaaaaa rabbiin guddaan sihaa tikfatuu😢😢😢😢😢

  • @GfgGcg-lw8vm
    @GfgGcg-lw8vm Před 21 dnem +1

    Yaa duniyaa kaii qoqoo kenifii😢😢😢😢😢😢😢

  • @sartuahamad734
    @sartuahamad734 Před 21 dnem

    Alhamadulilah bagaa rabbiin sii basee abdii🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @aboodsamara-y4s
    @aboodsamara-y4s Před 22 dny +5

    D ❤❤❤❤❤ Fi ijoolee duniyaa cinaa dhaabattan hunduu galatooma❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @basirahmmad4163
      @basirahmmad4163 Před 22 dny

      yaa Duniyaa Rabbiin sii bira haa jiraatuu👉☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢💓💓💓💓💓💓❤❤❤❤❤❤❤

    • @Asster-nv9sf
      @Asster-nv9sf Před 22 dny

      ❤❤❤❤❤❤😢😢

  • @MbMc-g1z
    @MbMc-g1z Před 22 dny

    Alhamdulillah alhamdulillah galtaa rabbii 🤲🙏🙏🙏🙏🙏🤲🙏🤲🙏🙏🤲🙏🤲🙏🤲🙏🤲🙏🤲🙏🤲🙏🙏🤲🙏🤲

  • @HelwanHelwan-eu5vg
    @HelwanHelwan-eu5vg Před 22 dny +5

    Heduu namati dhagahama keessa kuni Ummata Yemen 🇾🇪 jirtani hundinuu keessaatu ijoolleen Harargee Subahanal Isin wajjin oromuma himachu irraa

  • @user-yk1iv6oh7t
    @user-yk1iv6oh7t Před 22 dny

    Yaa abdii atii jartii akkaa duniyaa tanaa hinumaa hin argattuu jabefadhuu gowa hin ta,in

  • @noornoor-ou2xy
    @noornoor-ou2xy Před 22 dny +3

    Alhamdulillahi duniya of eggadhu manaa akka gadinbaane

  • @user-lz4si6rg7v
    @user-lz4si6rg7v Před 22 dny +6

    Wallaahii duniyaa umrii sii haa dheeressuu inshallaah❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
    Mashallaah tabarakallaah
    Leencaa haatii deessee duniyaa takkati qixee kumaa 🐅🐅🐅🐅🐅

  • @HawaAhmed-gg8wp
    @HawaAhmed-gg8wp Před 22 dny +3

    Magaan jaartii Jaartii jechuun namaa beekeef Yaa abdii duniyaa dhiifamaa gaafadhuu jabeeffaadhuu😢😢

  • @iqlimaamme6870
    @iqlimaamme6870 Před 22 dny

    Alhamdulilah Alhamdulilah Masha Allah Baga gamaddan Alhamdulilah

  • @user-kc1gd2pf1f
    @user-kc1gd2pf1f Před 21 dnem +1

    ❤❤❤❤❤❤❤.baga.Gamadee

  • @HawwaaNagawoo-ek5ou
    @HawwaaNagawoo-ek5ou Před 22 dny +3

    Yaa Abdi duniyaa jabefadhuu dubartii cimtuu maqaa duniyaa jirtaa yaa Abdi oso duniyaan hin jiree ati hin jirtuu tuuree yaa Abdi

  • @leymanshow
    @leymanshow Před 22 dny

    Alamdulilaahii Alamdulilaahii baga gamadee baga walumanu gamanee baga wan sin januu itti fayadamtan shanshaltan hitan 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @appuae3582
    @appuae3582 Před 22 dny

    Mucaa kana hin tuqinaa miciri hin dhisuu hin ajeessa isini biraa haa ta'uu😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤

  • @user-bo9qi3cf7q
    @user-bo9qi3cf7q Před 22 dny +2

    Duniyaa hin amaniin ijollee miciiriin wolin jirtuu of irraa basii gayee

  • @user-wn9yh6dj5p
    @user-wn9yh6dj5p Před 22 dny +1

    Abaddii kee kanaa yaa dunyaa atii akka dhiraa isaa iraaa roroo keesa bafata innii moo dinnotaa kee jalatii manaa keetii sibasaa akka kee ta.uu didee abaddiin kee sumaaa irraati dhiraaa👈

  • @hdks432
    @hdks432 Před 22 dny

    Abdii jartii jabduu nama tanaa jabefadhuu mashaa Allaaha rabii umrii sihaa dheresuu walahii dhugaa siin jadhaa Abdii kenyaa

  • @user-iv1pg3kf5d
    @user-iv1pg3kf5d Před 21 dnem +1

    Alhmdulillah ❤❤❤

  • @abdiibaler6277
    @abdiibaler6277 Před 22 dny +2

    Mashalaah Mashalaah tabarakalaa bagaa rabinii nagayanii sii basee Alhamdiillaah Alhamdiillaah Alhamdiillaah A abdii bagaa sii basee rabii bagaa gamadanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ShamsiyyahaajiSelamat
    @ShamsiyyahaajiSelamat Před 22 dny

    Alhamdulillah alhamdulillah baga rabbin si baase obbolleessa kiyya,, wanni ani isin gaafadhu ummata yamani kana miciiramaa bantan kana yutubaroonni yaman hunddi keessanu walii galtani dhabama maa hin goone namicha kanaaraafu alahamdulillah baga rabbiin baase D jiraadhu abdii jaartti tee tana jabeeffadhu jabeeffadhu irra deddebine sitti himnna nuti daawwattoonni keessan 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-kc1gd2pf1f
    @user-kc1gd2pf1f Před 21 dnem +1

    Duniyaa.Gahee.amma.mana.jijiri

  • @MbMc-g1z
    @MbMc-g1z Před 22 dny

    Yaa duniyaa atti if egii rabbii sihaa eguu 🙏🙏🙏🙏

  • @user-yc6yr3dt9e
    @user-yc6yr3dt9e Před 22 dny +4

    Alhamduliillaah Alhamduliillaah yaa rabii kiyaa galanii. Ketii bgaa nagayan batee A😢❤❤❤❤❤❤❤D🐅🐅🐅🐅💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽🐅🐅🐅

  • @fatyiaahmed3077
    @fatyiaahmed3077 Před 22 dny

    M Rebin dabema esaa haghudu 🤲🤲 ati shaxana

  • @Asuutube419
    @Asuutube419 Před 21 dnem +1

    Uuuuuuufff yaa miciir adunyaa akeraa rabbiin si haksarsuu
    Mucaa abdii akaatii yaadee iraatii lafaa dhayuu uuuuuff yaa miciir rabbiin imoteetin du.aan adaan si habasuu hagaa atii darartee jiruun ilmoo isaa iraa adaa baaftee kanaa

  • @naemh9480
    @naemh9480 Před 22 dny

    Abdii alhamdulillahii 😢Bagaa Raabbiin Sii basee

  • @Makkiqashitioro
    @Makkiqashitioro Před 22 dny

    alihamiduliaah baga gamadee duniyaa❤

  • @Fyroz-p8v
    @Fyroz-p8v Před 21 dnem +1

    Duuniyaa jabeeffadhu hadaraa oboleesso dubartii akkana onnee qabdu dhiira beekutu wojjin jiraata haadha ilmookeeti jabeeffadhu hin arrabsin harkaan ittinfiigin. Baarakallaa hufiik

  • @yussraamedia3452
    @yussraamedia3452 Před 22 dny

    Allahamdulilah bagaa batee
    Abdi jarti jabduu tanaa jabefadhu ❤dhifammaa gafadhuu

  • @najatnaja1401
    @najatnaja1401 Před 22 dny

    Yaa Abdii Duniya jabeeffadhu

  • @user-ty2gd5qw3k
    @user-ty2gd5qw3k Před 22 dny

    Duniya bagaa rabin sigamachisee garuu ifii egaa jiradhu habibit❤❤❤

  • @nuraamohamadanuraa3843

    Wlhii dhalaaa jabaduu akaana tanaa jabeefatuu qabaa

  • @user-ne1hz4vq2s
    @user-ne1hz4vq2s Před 22 dny

    Yaa duniyaa firaa garii qabdaa jabdhuu🎉🎉

  • @user-lz4si6rg7v
    @user-lz4si6rg7v Před 22 dny +2

    Bagaa rabbii sii basee abu jalataa
    Bagaa rabbiin ilmaan keetitii nagahaan sii deebisee inshallaah
    Abdii lamuuf barnoota siif haa tatuu sababaa dhalaatiif jechaa mana batee jaartii tee irraatti hin duulliin habibii duniyaa hadhaa jalataa jabeeffadhuu jaartii ajaibaatii❤❤❤❤❤🐅🐅🐅🐅👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
    Duniyaan leencaa baariii❤❤❤❤

  • @user-xn1hp6co1j
    @user-xn1hp6co1j Před 22 dny +1

    Abdii Atii duniyaa kabaajii Waly jartii Akaa dhiraa caltuu Waly Masha allah ❤❤❤

  • @najatnaja1401
    @najatnaja1401 Před 22 dny

    wly duniyaa kana mataatti baachuu qaba abdiin Rabbiin umurii sihaa dheeressu Duniya to Gootittii koo sabboontuu koo haadha dhiira Rabbiin hamtuu sirraa haqabu Musiibaa si, iif Abdii gidduu jiru Rabbiin habuqqisu wolitti isin ha urgeessu😢😢😢😭😭😭😭😭

  • @abdiibaler6277
    @abdiibaler6277 Před 22 dny +2

    Duniyaa olii kiyii nyataa kenifii abdii dadhabreaa 😢A ❤d🎉🎉❤❤❤❤❤❤

  • @mekoaman-rg8jt
    @mekoaman-rg8jt Před 22 dny +2

    Alhamdulliilah Alhamdulliilah Alhamdulliilah Alhamdulliilah ❤❤❤❤❤❤❤D❤❤❤A❤

  • @Ifnaani
    @Ifnaani Před 22 dny

    Jabaadhu duniya

  • @DasiiMahamad
    @DasiiMahamad Před 22 dny

    Abdii duniyaa jabefadhuu

  • @user-wt2qc3bh1r
    @user-wt2qc3bh1r Před 22 dny

    Aladuliyyi abdii bagumaa zalimaa harkaa baate

  • @sifan27
    @sifan27 Před 21 dnem

    Congratulations 🎉🎉🎉🎉 duniyaa

  • @DasiiMahamad
    @DasiiMahamad Před 22 dny

    Duniyaa Gotta tiyaa jabadhuu wlyii jabduu italaa

  • @karemaa8585
    @karemaa8585 Před 22 dny +2

    Alhamdulilahi Alhamdulilahi Alhamdulilahi Alhamdulilahi Alhamdulilahi Alhamdulilahi waahudaafuu baga Rabiin lubuu isaani basee ❤❤❤❤😭😭😭😭

  • @user-hu7tb8dg5t
    @user-hu7tb8dg5t Před 21 dnem +1

    Diniyaa atii balagedhaa wolayii😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮

  • @fatiyaaarsii4765
    @fatiyaaarsii4765 Před 22 dny

    Baga rabbiin si baase duniya miciirifi turina qabati dhukee ittii kena tumu bichami namichi kuni yoona nama bay'ee akati darara jira aka hin duune aka hin jirane godha isinillee of egaa rabbiin isin ha eegu😢😢😢😢

  • @user-jd2tc5uy4e
    @user-jd2tc5uy4e Před 22 dny

    Duuniyaa rabii siihaaeguu

  • @user-jd2tc5uy4e
    @user-jd2tc5uy4e Před 22 dny

    Duuniyaa jabaaduu koo

  • @user-yk1iv6oh7t
    @user-yk1iv6oh7t Před 22 dny

    Dawaa san jabefadhuu duniyaa ❤❤❤❤❤

  • @Asster-nv9sf
    @Asster-nv9sf Před 22 dny

    😢😢😢baga rabbii isanii gagaree

  • @Iftuutube96684
    @Iftuutube96684 Před 22 dny

    Allahmdullihy bagaa Nagaah batanii😢😢😢

  • @user-ip6rh4vm7p
    @user-ip6rh4vm7p Před 22 dny

    Alhamdulla Alhamdulla ❤❤❤❤❤❤

  • @user-ep8sd4wg5q
    @user-ep8sd4wg5q Před 22 dny +1

    Alhamdulililhii yaa rabbii galani ketii yaa rabbii yaa Allah 😢😢😢😢😢😢

  • @laftibariihinhaftuu217

    Yaamashal yaabdiiduniyaa jabefadhuu yaabdiihinwolalin duniyannamajabdudha adduwii woliihinkeninaa

  • @appuae3582
    @appuae3582 Před 22 dny

    Alhamdulillah ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢

  • @user-jj3eb1rq4y
    @user-jj3eb1rq4y Před 22 dny

    Micciruma sana dhabama godhaa💪💪💪💪💪

  • @RuziyaaHQabato
    @RuziyaaHQabato Před 22 dny

    Allhamadulahi yaa Allah 😢😢😢😢😢

  • @user-tj2ij4cm8h
    @user-tj2ij4cm8h Před 22 dny +2

    A😢Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah 😢

  • @MadiinaaBadhaasoo
    @MadiinaaBadhaasoo Před 22 dny

    Amiiiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲🤲 Amiiiiiiiiiiiiin AmiiiiiiiiiiiiiiiiiiAmiiiiiiiiiiiiiinAmiiiiiiiiiiiiiiiinAm 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @user-op3je2oh9y
    @user-op3je2oh9y Před 22 dny

    Duniyaa abdii situu mana na baase tanaan na gaayee hin jeedhi caaldhisii raabbii jeedhi inii dogooree imaa caaldhi

  • @user-ow5zt4lx1n
    @user-ow5zt4lx1n Před 22 dny

    Ijoollee kesaanii jedhaa dhisaa maaloo warana yaahii nama mucaadhumaa abbaa irraa gagalatuu ilaalatii arara goodhaa

  • @hayaatimuhammed-kv9hw
    @hayaatimuhammed-kv9hw Před 22 dny

    Duniyaa akramiin jabeessii sababaa kee dararamee

  • @mohammedhamed422
    @mohammedhamed422 Před 22 dny

    Abdi na aarssa duniyaa jabeessi ati faydaa dhabdee jirtta sitti na guba duniyaa sablistee manaa ariite wollaahi sicaaltti jabessi

  • @yty-vw3dw
    @yty-vw3dw Před 22 dny +14

    Yaa duniyaa Of Egadha pilis 🎉🎉🎉😢😢😢😢😢

  • @sandabastudio5518
    @sandabastudio5518 Před 22 dny

    Baga rabbii sii basee bakaka kana barefama hin agrsisiin

  • @madinaganaso2814
    @madinaganaso2814 Před 22 dny

    Mashallah baga nagayaan debitan waljabefadhaa Abdi jaarti tetit hin roriisin please wal kabajaa

  • @GalaxyA03s-kb7jx
    @GalaxyA03s-kb7jx Před 22 dny +1

    Alhamdulillaha Alhamdulillaha Alhamdulillaha ❤D ❤❤ A

  • @user-vv9lv6yu3i
    @user-vv9lv6yu3i Před 22 dny

    Alhamdulillah ❤

  • @frdds5006
    @frdds5006 Před 22 dny

    Wl.wrwb mashalhm mashalhm mashalhm alhmdhulilh galathrabi 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤🤲☝️🐅🐅🐅🐅

  • @user-cl3ow4zz9n
    @user-cl3ow4zz9n Před 22 dny

    Bagaa.batee.Abdii.jarati.tee.kabajji.jiradhuu

  • @maryem2907
    @maryem2907 Před 22 dny

    Rabbiin sabaaba kessaanin Balaa nuttiin buusin😢 ummaata maalif umaamee of dagaateeru

  • @Jabeetube-is7xj
    @Jabeetube-is7xj Před 22 dny

    Baga rabin sibasee garuu duniyaa kana boda duniya hin tuqin

  • @MaisaMaisa-iz1pi
    @MaisaMaisa-iz1pi Před 22 dny

    ❤❤❤❤❤❤Aalmdulilyii galtaa

  • @Haleema-bw2gd
    @Haleema-bw2gd Před 22 dny

    Amaa mucirimaa sanii qabaa Rabbii jedhaa jelaa dalagaa fixaa sanilee

  • @NasimaAliyi-ft6ok
    @NasimaAliyi-ft6ok Před 21 dnem +1

    ❤❤❤❤

  • @user-gi7rq4ug8z
    @user-gi7rq4ug8z Před 22 dny

    Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @user-ht4vy4fu9o
    @user-ht4vy4fu9o Před 22 dny

    Walii galaa isinduraa😢😢😢abdiif duniyaan😢😢😢😢
    Yaa abdii dubiyaa kabjii yomanaa waliigaltan aduwwiin isinirraa gortii rabbi nagaa isiniif haabuusu yaa abdii duniyaaaa😢😢😢😢
    Duuniyaan jagna gootaa😢😢😢
    Jabeeffadhu gadibaate jaartikws inxiqqeessin aduwwiiduratti
    Kiyyaa xinnoo sana himsisaa enyu akka mana micciritti hafe manasaa ksn biraas. Haa himuu ofiikeesani immo of eegaa bahaaf gala keessan eggadhaa ijoollekeessanis
    Manakeessanis bantanii intaahinaa 😢😢😢😢
    Yaa miccciir rabbi jazaa siif hakaffalu
    Yaa abdii atimmo duniyaa jabaji giftiiketi ishen wlh😢
    Yaaduniyaa atimmo qabdee fiddee keessa ingalin micciiris caalaas abdiin akka isaan godhan godhee haakaffalatu irraa😢😢😢
    Rabbi isin haa egu hundaafuu

  • @HamziyaHamziya-ks9xr
    @HamziyaHamziya-ks9xr Před 22 dny +3

    Alhamdullilaah Alhamdullilaah Alhamdullilaah Alhamdullilaah Alhamdullilaah

  • @KamilMuhammed-yd4fq
    @KamilMuhammed-yd4fq Před 22 dny

    Haqa mucaa tanaatiitu akkana si godhe Abdii

  • @kalatabdulqadur9992
    @kalatabdulqadur9992 Před 22 dny

    Abdii nuyaa jaabefaadhuu

  • @adamashoo2427
    @adamashoo2427 Před 22 dny

    Mashalaah Mashalaah ❤❤❤❤

  • @SdSd-xc4h
    @SdSd-xc4h Před 22 dny

    Yaa Rabbii galaani ketii Yaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ObseeDawit-vp7hn
    @ObseeDawit-vp7hn Před 22 dny

    Alahamdulilla

  • @user-op3je2oh9y
    @user-op3je2oh9y Před 22 dny

    ijoollee hoomaa beeynee wali qabee wan hin taanee baarsiisee micirri baakka abdii qabdani osoo deebitani ni qabdan

  • @hajoobaamud297
    @hajoobaamud297 Před 22 dny

    Ani dua sin jedhe bar adan bastan malee hin himan ❤❤❤🎉🎉🎉