Uuuufffff jawar jawwee ija Oromo 😍😍😍😍😍😍lubbuu ko oto siif dabarse dhuga waqayyoti natti hin dhaga.amu Oromticha qulqqullu kan dhugaaf dhaabbatu si argee😭 Yaa waqayyoo ko Ati Umurii jawar nuuf dheeressi nuf tiksii 😢😢😢
Maltu sii hafe kanara ni dhugudhe dhiga obboleti koo waqqayo ibdaa bar bar kessa sii baasi dhuguma oromumaf wan quqamtu Senee garu ya ni kee kan biroti sobaaaaa
jawar Mohammed clearly speak about OLF & ODP problem that they done in political mistake,so they have to solve the problem between them not sport or drama,because the Oromo peoples are died.So it is especial case for our peoples.So they have to make an agreement for the last period !!!
@@user-wh6xn9ki3m= Get The Fuck Outta Of Here....You Fake Wanna Be Oromo...lol you dont make any sense dedebe ዞሮ ዞሮ አማራ ከአሽሙር እና ከሥድብ አይወጣም ....ፎኮቴ ቶርቶራ ሁላ በተሣዳቢነት አርባ ክንድ ምላሥ ጭንቅላት እንቦጭ ሁላ..... ❤️💚❤️👍🏽✌🏽💪🏽👏🏽
Uuuufffff jawar jawwee ija Oromo 😍😍😍😍😍😍lubbuu ko oto siif dabarse dhuga waqayyoti natti hin dhaga.amu Oromticha qulqqullu kan dhugaaf dhaabbatu si argee😭
Yaa waqayyoo ko Ati Umurii jawar nuuf dheeressi nuf tiksii 😢😢😢
Jawee lenca oromoo yarabii nu basii harka zalimatii yaa alla 😭😭😭❤❤❤❤❤❤❤☝☝☝☝☝☝☝
Yarabi jawee sihti amana yaa alla
Leencaa oromo umrii naadhee atii ijaa haamtuu siiraa haaqaabuu❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaaawwww Jaweko ati sidesse oso lakku nuf desse kana awwinko yero Mara
Tokkicha qixa kuma
Tokkicha onnee kuma
Waaaaawwwwww jechi arrabaketi akkan kan nama qabanessu rabbin hamtu sirra haqabu ija Oromo koooo ❤️❤️❤️🙏🙏 nuf jiradhu wagga 1000
Umri warra fayida male ba’a dacherratti taterra siif haqodu leccakoooo 💝💝💝
❤❤❤❤goottaa onnee kuma ija diinna irra haafiii homa dhuga dubbatuf si ajeesuf deemti nafxanyan
❤
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Jawarii♥️♥️♥️♥️♥️♥️💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻 jiradhuu homaa sin tuqinii. Umurii dheradhuu.
Jawwee sanyii leencaa jabaadhu
Nama qofa miti rabbis si cina jira💔
😭😭❤💚❤💪💪☝👈yaa rabii umrimaa isaa nuu dheresii lubbuu kiyyaa amshirii rabumatuu jiraa
❤❤
❤❤
Dhugaa jetee leccaa ijaa kulaa jabadhuu rabbiin si wojiin haa jiratuu dhugaan tee irraa haa atuu ishaallaah 💪💪💪👍👍jabadhuu yaa jajabee koo
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
odoo abiyii fi lamanisiu sabaa ofii fudhanii odoo oromoo fudhanii araa silaa malii qabaa akaa jawarii kanaa dhiraa dhiraa.calkudhugaa😍😍😍😍😍jawar 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💞💞
Yaa rabbi jawwee keenya harka diinatii nuu baasii fayyaa isaatis nuuf kenniif yaa allah
Mashaa Allah Yaa habibii galbii Dhugaa jirituu kanumaa
ጀዋር እስከዛሬ።እጠላህነበር አሁን ግን እውነታውን አወኩኝ ያተ ጠላት ድብን።ይበል አተ ለእውነታው የቆምክነው ኑርልን አላህ ይጠብቅህ
Dhugaan jiru kanuma Jawwee Sodaa Tokko malee itti himi Akkasitti 👌👌👌👌👈Ofii isaaniti kabaja ummanni oromoo isaaniif qabu wallaalani. Jabaadhu 👍
Jamaal
Masha.alla dhuga.jirtu.kaan
Uuuuuufffffi yes yes ilove you jawee👍👍👍👍👍👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽
አተብግ ይድፋህ
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
ጀውሀር ጀግና የቁርጥ ቀን እውነት ተናጋሪ ለእውነት የቆመ እንወደሀለን ምርጥ አንደበት አለህ🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👍👍👍👍👍👍
Abiyii Ahmad akkaa jawaari Muhammad Kani maafi waa,ee oroomo hin dubatuu jawaari Koo I Love you ❤️♥️♥️♥️♥️♥️👍👍💪💪💪💪💪💪💪💪
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Mashalla mashalla WOW WOW WOW my brother Long life for you and your family we love you 👂👂👂👂you are our hero 💓💓💓💪💪💪💪💓👂👂💓.
አት ካብት
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Ana dhaatu ijja Itophiyaa Joowara keen haamtun sii hin ergin yoomiyuu 💪💪💪💪💪💪Rabbin sii haa tiiysu ☝☝
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
የቁርጥ ቀን ልጅ ለእውነት የቆመ የአንበሳ ልብ የተገጠመለት ጀግና. UUUFFFF Mootii keenna ta'i.
Yasew Jeb
he's our hero😍😍😍😍love you jawar 💖💖
waaawoo jawar kenyaa lencaa abbaa oromoo nuf jiradhuu si fanaa jiraa yommiyyuu
Abo Jawra Muhamada Rabbi kiyaa Umari nufi dhererasuu 💗💗💗💗💗💗
lencaa koo bakkaa demtuutii rabii sii waliin haa ta'uu jawee koo uumphaaa ijaa oromoo 💖💖💖💋💋💋💯💯💯💯💯💯💯
Dhugaa jetee dhiraa dhiraa caluu
Dhugaadha Lencaa Kenyaa
Jawweee itti himmi akkanati kinnoo lencaa kenyaa dhugaa jirtuu tanuma💔💚💔
Rabbiin Aduwwii sirraa haa qabuu iddoo ati deemtuuf iddoo ati teessutilee leencaa koo ija ilmaan oromoo 😍💓💓❣❣💞💞💪💪💪👈
Nuf jiradhuu jawiyeee 💖💖💞💞💖💖💞💞💖💖💞💞
❤jawaar mahmaad gotaa oroomoo dhiraa gafaa xiqqi kan dhugaaf sobaa addaan basee dubaatuu💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Ya RABBI umuri jawaar nuuf dheresi ya Allah ati 💚❤💚 namni oromoo midhu ofiti debi'e ofhamiidhu insha Allah
Nuuf jiradhuu lencaa kenyaa ijaa dinaa irraa nuu hafii💞
Rabbiin umrii sii haa dheeressuu jawwee koo
Dhugaan jiruu kanuma jawar kenna galatoomii hamaaf hamtuu dugda gala sirraa hagodhu Rabbi siha eeguu jabaadhu lammiketif homa hinhambifanne
Jawwee Koo Leencaa koo dhugaa Oromoo kan beekuu si qofa .Duuti sii dhufee anaa fudhattuu. Neutral party jechuun si qofa filannoof qophaa'ii.
Jawee koo ija koo guute si ilaalu nan dadhaba wanuma duuti natti faakkata rabbii guddan na arga egasi keessi koo sirri miti iribnis nan qabu yaa rabbi jawaar amaana harka kee kaawane ati nuuf egi humna cimaa kan qabdu☝
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
Inshaallalha dhugaani hin dhokkatin Rabbin ummri keessaan nuff haa dherresu
💚💛❤👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪jawaar Thanks you beautiful I love you
Wwwww bay.ee namati tola waqayoo si nuf ha jirachisu kaa lenca oromti ati rabbi sifana haa ta.u.
Maltu sii hafe kanara ni dhugudhe dhiga obboleti koo waqqayo ibdaa bar bar kessa sii baasi dhuguma oromumaf wan quqamtu Senee garu ya ni kee kan biroti sobaaaaa
Simatii haa debisisuu inni namaa oromoofii dhabatee malee inni sobiduu mitii ok
Dhugaa jetee leccaa ijaa kulaa jabadhuu rabbii si wojiin haa jiratu dhugaan tee irra haa atuu inshallah Allah 💪💪💪💪💪👍👍
❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤❤😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤
Leenca koo sodaa tokkoo malee ittii himi ❤❤❤❤😍😍😍
Jawar Jawar Jawar 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💯 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Yaa rabbi jawar Amaana hundi issanitu nuufi tiikassi yaa Allah
Jawhar our hero❤🍁🍁we love you 💟keep up the good work 💟💟💟💙💟💟💟
🌷🍁🌷🍁🌷🍁🌷💙🍁🌷🍁🌷🍁🌷🍁🌷
Yaa rabbi jawaar kenyaa abba haqaa dinna irraa nufi qabii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Gotaa onnee kumaa atumaani jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jewar jigna 💔😘😘😘😘😘
Alhamudulillah alhamudulillah alhamudulillah alhamudulillah alhamudulillah Masha Allah jawarii onee nu dhukuba dhisii galatomii Lubuu
Dhugaa kettii faxumaa subscribe godhii matii naf taii galtomii
Nuufjiiradhu
Yaa jawwarii keenaa Rabbi dinaa sirraa haqabbuu inshaallaa jabadhuu
ኦቦጀዊአላህይጠብቅህምንግዜምሀቅመብትጠያቂጀግናኦሮሞንህዝብእንደለመዱትከባርነትእንዳይወጣእንዳአንተአይነቶች ኦሮሞ ይታሰራል ወይም ይገደላል አይዞህ የቀሬ የቄሮ አባት እቺ ቀን ታልፋለች ትግላችን ቀኑን ይጠብቃል ኦሮሞ ሀቅህ ይመለሳል።
Maashaa'allaah!! Rabbiin ol ta'e jaarsa araaraa isiin haa taasisu.
Odu hara Walloo kamise ❤❤
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
dhugaa jeetee leecaa keenaa 💘💘💘💘💌💌💌🌷🌷🌷🌷😍😍
Jawwee abbaa dhugaa😍😍
Masha allah ilmaa aba gadaa umuri nuf dheradhu
Ofi.. eggadhuuuu..... leennccaaakoo sobdunii akaa siti hin siiqqiinneee naammaa siirrii 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘
Oromo-koo Jewee-koo God is with us stay strong....😍😍😍
ፈጣሪ አምላክ ድፍት ያድርግህ ልጅ ከእናት እናትን ከልጅ እንደለየህ አንተንም ያልታሰበ ድንገተኛ ነገር ልጆች ካሉህ ከልጆችህ ከምትወደዉ ነገር ሁሉ ይለይህ
Antanu dft yargeh .buda
Maashaa'allaah!! Ammas irra deebi'ii dhaladhuu. Rabbiin ol ta'e si haa tikkisuu. Aamiiiiiiiiiiiiiiin Yaa Allaah.
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
jawar Mohammed clearly speak about OLF & ODP problem that they done in political mistake,so they have to solve the problem between them not sport or drama,because the Oromo peoples are died.So it is especial case for our peoples.So they have to make an agreement for the last period !!!
Jabadhu tokicha dhugaan oromoof dhabate
ጁዋር ሀቀኛ የእውነት ሰው ጀግና በርታ እውነትን እንደያዝክ በርታ
Rabbiin fayyaa sii keennaee urmii dheeraa sii haa jirachisuu dhugaa dubata kenyaa❤❤❤👍👍👍👍
Okee
P
Jowar
You are our hero
Atti lecuma dhugata bar afani kee yero kamu hin dogogorin rabbi si bira haa jiratu
ሽንቱን አልጋላይ ጭርስ ካደረገ በውሀላ ክክክክ
Yaa hogantoota umaata qaqqali gama lachinu jirtan woli gala akka wonti argane Kun nuu harkaa hinbane.
Kijibaa nii motummaa dhaa 😔😔
Jawwar.👍👍👍💚❤️💚👏😍🙏🙏
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Attamitti Galuu Obbo Juwar Mahameed Qaama Sadeeffaratti Hoo Hin Hirmaanne Abiy Noo
jiraadhu ammalee umrii sii haa dheeresuu ilmma abbaa gadaa
yaa Waaqayyo atii biyyaa kenyaa itophiyaf nagaa ,arara,jalaala, tokkumaa nuf kenii jechaa hunduu Waaqayyo nuf kadhaa kesatuu lamiin oromoo dhigaa namota sexxana hin obasina waranara waaqaa kadhadhuu wayya isatuu fuftudhaa kan hundayuu🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹ko sinan jala
Mââââshââlâââh Mââââshââlâââh Mââââshââlâââh Mââââshââlâââh Mââââshââlâââh nuufii jiraadhaa yomilee umrii nuu dheeradhaa baarakaala fikkumu urjiwwaanii
Yarabii tokuma nuf kenii hayyu kenya umrii nufdheressi
Mashaa Alla rabbii sii haa jabesu itti fufi
youtube.com/@hassenusmael1446?si=DnsVBEG9O7TokH7L
naaqii.keeessaa🐅🐆🐅🐆🐅🐆dhugaa jitu haa batuu💪💪💪💪💪💪💪[joy][joy][joy][joy]
Dhugadha jawwee ijaa oromodha👍👍👍😍😍❤❤❤❤❤
👏👏👏👏👏👏😭😭😭😭😭😭🌹🌹🌷🌷🌹🌹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Nuufi jiradhuu sanyii leenca 💜💜❤❤
Rabbi bichaa dinna sirra yaa qabbu kanni sih ajessu demmu du'aa mataa isaa yaa godhu❤️💚❤️
jawarii👎👎👎👎👎
Jawee koo jiradhu umirii dheradhu🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻❤️❤️❤️❤️
Dhugaadha.
Dhugaa dubbadhu bakka siittii dhiyyee bullii jedhe oromoon.
Akkana hayyuu Oromoo.
I love you jowrii ❤❤💘❤❤ ver ver Good Lenacaa one finilaa Nufi
Jiradhuu wani Atii Dhugaa Dubatuf sii Ajesuf deman Ijaa wanyotiraa Nuf haf
Jabadhuu leencaa oromo homaa si danda.etu rabbii sierga inshaalaah
Jawe kiya rabbi umuri si hadhersuu
Dhugaa keeti jawwe rabbi biyya keenya naga nuf ha godhu tokkumma keessan isiinif ha jabeessu
Jawe jawe jawe ante skaleh dires oromo ayafrim nurilin u are the only true speaker in this socity
Jawar our hero we love you 😍
Dhuagaa jiru kanaa amaa bodaa nufii jiradhuu yaa lecaaa oromoooo
@@sabbontuarsiiasallaa1159 dhuga waan jirtuu hin dhoskin
amen amen amennnnnnnn
ለካ እውነት ነው እስላም ሰውን መግደል ትልቁ ደስታቹ ነው ምድረ አራጅ
@@user-wh6xn9ki3m= Get The Fuck Outta Of Here....You Fake Wanna Be Oromo...lol you dont make any sense dedebe ዞሮ ዞሮ አማራ ከአሽሙር እና ከሥድብ አይወጣም ....ፎኮቴ ቶርቶራ ሁላ በተሣዳቢነት አርባ ክንድ ምላሥ ጭንቅላት እንቦጭ ሁላ..... ❤️💚❤️👍🏽✌🏽💪🏽👏🏽
Hardhaatti sin dessii gara ishi haa ebbifaamu leencaa oromoo nuf jiradhu
Yaarabbi nugariigarii Yaarabbi nuf birmadhuu
Huullu endant hqun frxerx yamidrg jagna ybzaalen jawer bxam ewdhalwe mnale andanth ayntuu bamnrawe 1 benor yet badrsen we love jawer god job bqa manenm ayfram quch hqunn tangro yamsebet mader barta laoromo hzb talq sexota nh 💪💪💪👍👍👍😍😍😍💕💕💕💕💕
Goota onnee sibiila jawwee koo waaqayyo uumrii kee nuuf yaa dheeressu mortuu sirraa yaa qabu ittii muddii gootaa kooo💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤❤❤❤💘💘💋💋💋💋💋💋💋💋💋
Jowar umurisa guru dhugaa kan jedhame dubateyu hin beeku saree namaati
Anten ba fetarey zande titaykalh ye aykarim ye nustuwan dam zim ayelim
የተማሪ መሀይሞች ናችሁ ነገር ግን አይሳካላችሁም
ዉሻ ዝም በይ
Dikala
Usss___sexan👻🤐☠️😤🤧🤧🤧🤧🐊🤐🤐🤺🐊🐊
Dhugaa keeti jawwee kenyaa nuuf jiraadhu😍😍😍😍💪💪💪💪💪💪💪
Immaa dhiraa jabbadhu immaa dhalatee mashaallaah mashaallaah rabbii urmii isin ha dheresuu inshallah
የቁርጥ ቀን ልጅ ለእውነት የቆመ የአንበሳ ልብ የተገጠመለት ጀግና
I agree 🍁❤
😁😁😁😋😋😋🤑🤑😤😤😤😤
💀💀💀💀💀👹👹👹👹👹👹👹👹👹💀☠️☠️☠️👻👻👻🙈😷😷😷😷😷😱😱😱🤧🤧🤧🤧🤧
Juhari👹👹👹👹👹👹👹👹☠️☠️☠️☠️💀💀💀💀💀💀💀💀
እንች ደደም የሚያልቁት ምን መሰሉሽ ኣሮሞ አይደለ እያለቀ ያለው ነገ ላንች ያድርገው
Jawwiyye si arguuf jarjaree wollahi rabbumti ija kee nuhaa agarsisuu
Kan kanaf bakkaa mijessaa jiruu sumaa maloo dhisii waqaa jedhiitoo
Dhugaa keeti
Jewar ewnet kalawera erasun yamewal yene geta kayn tref❤
Jawar.Rabin.siwolin.hatahu.ini.siha.egu.ati.ija.kenya.ija.oromo.rabin.umuri.ke.nuf.hadheresu.ya.jawar.
Mashalaah ijara haafaa jawery
አላህ ይጠብቅልን ጀግናው የሰብኣዊ መብት ተሟጋች
Wwww itti himii akkasitti irra deemiiti jiraadhuu leenca kennaa garaa nageettee aboo fayyaa argadhuu milkiin sifyaatahuu
Yaa jawar leencuma bar atii walahii akkasitii itti himii garaa nuu qabanesitee walahii jawee nuuf jiradhuu tokkichaa akka kuma umrii nuf dheradhuu
ስጽታን ነክ እግዚአብሔርን ያፈራሀቸው ውንድሞችክ ይናገራሉ በእውነት ውጣቱ ለጥይት አዝጋጅ
Hangaa dhumati dhugaa duubbachuf hin soddatin wqyo ummurii kee haa dherresu