Makii fi Raachuu Kutaa 13ffaa Jaalala Taphaa Ittiin Booharaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 22. 12. 2022
  • Jaalala Taphaa Makii Oro fi Raachuu Giduu Kutaa 13ffaa isaa kanaan Booharaa
  • Zábava

Komentáře • 46

  • @ifnaanjibril4440
    @ifnaanjibril4440 Před rokem +4

    Well Come back United Oromia Dhugaa ijoolle kana ilaalun heddu natti tolaa😂🥰🥰

  • @RhmhhJamaal
    @RhmhhJamaal Před 2 měsíci

    Rabbii jedhii nuraa calisisaa gurabaa isiniraa dubatuu kanaa

  • @kajelafantu
    @kajelafantu Před měsícem

    Ayi maskii dhugaa miskiina qulqulluu osoo tokko taatani natti tola❤

  • @ibsaoromia4152
    @ibsaoromia4152 Před rokem

    Bashoo jechuun nu biraa qofa osoo hin tahiin Somaalee biraatiish Bashoo jedhuu rakkoo hin qabdu bashoon bashoo dha 👍

  • @atiifShow
    @atiifShow Před rokem

    Jabadha if duuba hin deebi,ina

  • @boriifan
    @boriifan Před rokem +1

    raachee qeerransoo itti jabaadhu

  • @emuabatwa4507
    @emuabatwa4507 Před rokem +2

    R & M ❤️👏

  • @SeenaaTube1935
    @SeenaaTube1935 Před rokem

    Wow 😳 ijoollee Oromoo hedduu namatti toltan

  • @tawakaltualalhaa1824
    @tawakaltualalhaa1824 Před rokem +2

    Kkkkkk maaliidha jedhee raachuun!

  • @ifrah5433
    @ifrah5433 Před rokem +1

    Dubartonii nii mahratanii rachuuue male haa goduff ☹🙏

  • @abdulbasixbasix924
    @abdulbasixbasix924 Před rokem +1

    Atii wahii jarakanaa malee oduu nufgabasuu dhiftemii

  • @ShananGadaa
    @ShananGadaa Před rokem +2

    OMG 😲

  • @Ame1352
    @Ame1352 Před rokem

    Gafaa qabsoo irra turtan 30k dawwatama ture amma 2.1k akkas

  • @abdiirabbii-pm1gy
    @abdiirabbii-pm1gy Před 2 měsíci

    🌹

  • @chaltudame8347
    @chaltudame8347 Před rokem

    Rachuu girigrii dhis

  • @iliyaasmahmmad1865
    @iliyaasmahmmad1865 Před rokem +1

    As wr wb akkam fayyaadhaa jirtaa

  • @havva8392
    @havva8392 Před rokem

    Woyii Guddini Dhufate Dubartin Maratee Dhugaa Raabii

  • @-Ele
    @-Ele Před rokem +4

    📚በአላህ እና በመጨረሻ ቀን የሚያም ብቻ 👉ኑ የቁራኣት ተፍሲር እንማር 📚 ከሁሉም በፊት እዉቀት ይቀድማል 👉🏻 ፕሮፋይሌ ተጭናቹ ቤተሰብ ሁኑ አብሽሩ በላይክ 🌹👍🌺🌷

  • @IftinIbra
    @IftinIbra Před rokem

    ❤❤❤❤❤

  • @LovelyDalmatian-xc3tw
    @LovelyDalmatian-xc3tw Před měsícem

    ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢

  • @abdattuabduriqadiir8773

    😂😂😂😂😂😂😂rachuu ajjibaa woyyoo garani nu dhukkubbee

  • @rooda1809
    @rooda1809 Před rokem

    Jalaal.dhugaa,

  • @safikedir2023
    @safikedir2023 Před rokem

    Hi

  • @AboMazn-vn7mz
    @AboMazn-vn7mz Před 7 měsíci

    Kkkkkkk 😢😢😢😢😢😢😢😢eeeeeee

  • @aliibraahimibraahim3367
    @aliibraahimibraahim3367 Před rokem +1

    itti muddii raachuu

  • @sifaanijiraa9336
    @sifaanijiraa9336 Před rokem +1

    Atii maa loltaa maltuu si dhibee🤨🤨

  • @kajelafantu
    @kajelafantu Před měsícem

    😂😂😂😂😂😂

  • @Haya-rv8ct
    @Haya-rv8ct Před rokem

    Kkkkkkk🙁🙁🙁🙁🙁

  • @SeenaaTube1935
    @SeenaaTube1935 Před rokem

    Isiin makii qeeqtu Kun Naaf hin taane

  • @amanwoshe2309
    @amanwoshe2309 Před rokem +1

    Ati maafi lolta ijoolleen taphataa jirti. Miira keessaa bayi adeeroo 😂😂😂

    • @Unitedoromia
      @Unitedoromia  Před rokem

      Usii Dhaggeeffadhu Kuni Lola miti Nama itti lolu maalirraa asirra fida?

    • @amanwoshe2309
      @amanwoshe2309 Před rokem +1

      Akkas hin je'ani you have to respect your viewers it's a bad business

    • @Unitedoromia
      @Unitedoromia  Před rokem

      @@amanwoshe2309I mean What are you talking about?
      Are you replying to me or somebody else?
      I found one thanks for identifying who you are

    • @amanwoshe2309
      @amanwoshe2309 Před rokem

      @United Oromia my bad bro I was talking to my buddy n reading your comments. That last text wasn't meant for you, dhiifama.

  • @AyyaanIbrooIbroo
    @AyyaanIbrooIbroo Před měsícem

    𝑲𝒌𝒌𝒌𝒌𝒌𝒌𝒌𝒌𝒌𝒌

  • @masiiasuda3475
    @masiiasuda3475 Před rokem

    🤣🤣🤣👈🥰🥰🥰

  • @tawakaltualalhaa1824
    @tawakaltualalhaa1824 Před rokem +1

    United Oromia maaliif badee??

    • @Unitedoromia
      @Unitedoromia  Před rokem

      Dhimmaaf Torbee tokko miliqee amma deebiye sorry and welcome

  • @khadijafafo3952
    @khadijafafo3952 Před rokem +1

    Atti raachuuf maakiin onlinee irra badanii jennanii badee?? Oro un jarri deebinan deebitee kkkkkk

    • @Unitedoromia
      @Unitedoromia  Před rokem

      Isiniif hin galu hamma isiniin garagaluu jedhe namichi 🤣
      Barbaachisaa taanan Akka lammada R fi M waliin Hin Taphanne gochuuf Dandeettii hin dhabu ifiin jedha atimmoo Maal jetta 🤣🤣

    • @khadijafafo3952
      @khadijafafo3952 Před rokem

      @@Unitedoromia dandeetti itti qabda moree ? Kkkkkk horoo istu abba maakiiti laata ? Shakkine shakkii kkkkkkk

  • @RiyoApp
    @RiyoApp Před rokem

    Mee yoo guddachuu feete Asumaan gadi Tuqii maatii naaf Ta,i

  • @Ame1352
    @Ame1352 Před rokem

    Qabsoo dhiftan Mal odeessaa mali jirtan way kuftan, mohamtan, dhuga dhaf miti Kan falmattanif