🛑Safuwan Waani waarqii Ayanif Biteef Biyatii Waarii Isannii Jarti Lamata itti Fuudhufii Ayan Marate😭

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 7. 02. 2022

Komentáře • 802

  • @Marrushow
    @Marrushow  Před 2 lety +833

    Ayuu tiya Anni Siimaalee tabiira Abadaan Naraa hin Riifatii Hadha Afnana tiya habibtii Yommiyu Atti tiiya♥️♥️♥️♥️

    • @hallowiyatube575
      @hallowiyatube575 Před 2 lety +13

      Raabii Waliif Sin Haadhisuu horaa bulaa dagagaa Arii Waalliin Ciirfaadhaa Abu Afnani🙏👌

    • @susu-wf9sn
      @susu-wf9sn Před 2 lety +3

      Mashallah mashallah rabiiin walifee essine hadiesu

    • @shawakaba
      @shawakaba Před 2 lety +2

      Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah mashallah Mashallah

    • @AyshaaOroTube
      @AyshaaOroTube Před 2 lety +1

      Rabbiin wolifi isin haa dhisuu umrii dherituu jiradhaa

    • @AyshaaOroTube
      @AyshaaOroTube Před 2 lety

      @@hallowiyatube575 matii nafii ta.ii sanyii

  • @YAYAhope20
    @YAYAhope20 Před 2 lety +204

    Hundii keessanu gaalatoma worrii kenna namaf keenitan ⭐👍

  • @tydg9853
    @tydg9853 Před 2 lety +6

    Qoosaan akkana asitti hojjatamuu hin qabu ture dhugaa rabbii guyyaan kun guyyaa gammachuu waan ta'eef kun uumamuu hin qabu Dogoggora guddaa raawwachaa jirtan Ayyaan dhiifama gaafadha! 🙏

  • @shukriyaaarsii6103
    @shukriyaaarsii6103 Před 2 lety +6

    rabbii jedhaa yeroo hundaa mucatti tan yoo bochiftaan rabbiin hin sodatanii wallaahii Ayan miskinaa

  • @turinamahadi7646
    @turinamahadi7646 Před 2 lety +22

    Ayyan qallii namaa mashaa allaah safuwaan siratii fudhuu hin rifatiin habibtii tiyaa 💞💞💞💞💞

  • @zalikaakadiroo1047
    @zalikaakadiroo1047 Před 2 lety +2

    Ayaanii qalii namaa hoomaa jalalaa dhuugaa woolifii qaabadanifii pirkii siiratii woojatanii😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘🌹🌹🌹💞💞💕💕💞💞💞💞💕💕💕💕💕💕💕❤❤❤❤❤❤❤😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄🤣🤣

  • @adde9938
    @adde9938 Před 2 lety +2

    Garaa namaa balesitaa ayanii dhugaa 😭😭rabii olii sii agayuu ishalaaah

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 Před 2 lety +4

    Harama aliyikii abadii uuuuuuuuuuufffiii astoguufula maa rifachisin hadha afaanani uuuuuphuu nuuf jiradhuu yomuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 Před 2 lety

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromooko prank aja.ibaa dawwadhuu ♥️♥️🙏🙏

  • @sanyiijawee3679
    @sanyiijawee3679 Před 2 lety +2

    Wayii ayuu tiyaa yomuma hinfaa kana dhifna lataa anafi atile rabbin umri isin haa dheresuu

  • @oromiyaaethio2432
    @oromiyaaethio2432 Před 2 lety +2

    Uuuuuu ijjolee oromoo akkam inaafaa nama qabsiisttu dhugaa wow 👏 ♥ waqayyoo isiinii irra hinfudhaati jalaala kanaa

  • @zabibakamaal7437
    @zabibakamaal7437 Před 2 lety +4

    Nama gammachistani naasisun maali waantaane

  • @muntahamuhamade7214
    @muntahamuhamade7214 Před 2 lety +3

    As ma wr wb ummu afanani walhi bayyee garaa nama nyaataa na mararetee miskina ko ijaa abdi keessa ilalatee. Abdi hojiike nyaadhuu hundaa keessa nuf jiradhaa 💕💕💕

  • @makkikadir3478
    @makkikadir3478 Před 2 lety +6

    Ummata gowwaa akka kanaa subahaanallah

  • @kadrasuufi3838
    @kadrasuufi3838 Před 2 lety +2

    Hatuu hundaa intala ira hinafitanii fira ajesuufi onne dhabdanii Ayyan kiyyani kuni aruusidha ifiraa egii si lalaten sahaa

  • @hawanurayya4355
    @hawanurayya4355 Před 2 lety +3

    Ummu afanani habibiti tiyaa lubbu tiyaa hin rifatin lubbu tiyaa qalii hamtuni isin argini

  • @DarartuMbm
    @DarartuMbm Před 2 lety +4

    Ayaan bareduu koo abshir safawan wan akaan hin godhuu yeroo biralee wan akaanatii pirankii hin tahin jabadhuu jabduu tenyaa qalii

  • @caaltuudiinee9093
    @caaltuudiinee9093 Před 2 lety +42

    Assalaamualeykum Waramatulayhii wabarakatuhuu Salluu Alla Nabii Mohamed Sallaallaahu Aleyhi Wassallam ❤ 🙏

  • @user-io4es4oh9k
    @user-io4es4oh9k Před 2 lety +6

    Ayyaan bayyee inaafatudha😀😀😍😍😍 waan s .bayyee jaalatuuf😍😍Abshir Ummaa Afnaann sii irratii hin fudhuu 😍😍

  • @fezakirshow5607
    @fezakirshow5607 Před 2 lety

    Wallahi osoma beku ummu Afinaan ilaale heddu garaa na Rafte akkas wal Rifachisun kun sirri miti fayyarratti Tokkumman kessan heddu namatti tola jabadha oro ko

  • @Jira458
    @Jira458 Před 2 lety +4

    Wayyoo Ayyan tiya baredu tiya ❤️🙏💚💚❤️❤️love you walahi

  • @adde9938
    @adde9938 Před 2 lety

    Birakii kanaa isaa Dhugaa rabii rifatee olii 👌👌👌Abshiruuu ayatii rabii umrii tesanii aeresuu ishalaaah

  • @ayub_H478
    @ayub_H478 Před 2 lety +1

    Ya abo intala dubara akkana godhun cubbu wallah yo rifatte achin haftte miskiin ummu Afannan heddu si jalanna jabadhu jabdu intala oromo🤩

  • @ashiyyasanyiijawwee8897
    @ashiyyasanyiijawwee8897 Před 2 lety +3

    Anu dhugaa nati fakate akamii Rifadhee Ayani tiyaa qaali nama

  • @caaltuudiinee9093
    @caaltuudiinee9093 Před 2 lety +3

    Mashallaah Tabarakallaah ❤

  • @hallowiyatube575
    @hallowiyatube575 Před 2 lety +10

    Miskiin Ayyaan Shaamara Gutuu Pirank Gotaan kunii Hojii Abdi Fi said Ayii Carraa Shamaaran Kenyaa Sin Wacisisaan Wareen Dhiraa Kuni Ayuu Abshirii 😍😍😂😂😂😂😂

  • @ashaaabdii2037
    @ashaaabdii2037 Před 2 lety +1

    mashaa allah tabarka allah
    umarii nufi dheradhaa wali. mamamdo jartii kesaa akkan jabesaa ok barumasaa

  • @fafiwalloo6922
    @fafiwalloo6922 Před 2 lety

    Maasha Allah Maasha Allah rabiii Walifi sin hadhisuu🥰🥰🥰🥰Jalala jechun taa akantii Wy j akan nafa keeni yaarabiii☝️😭😭😭😭😭

  • @Wolhaabarru
    @Wolhaabarru Před 2 lety +1

    Hujjiii kee rabbii siif haa dhissuu

  • @fatumaanuguse122
    @fatumaanuguse122 Před 2 lety

    Maloo dhisaa Ayaani tanaa hin hirarsinaa wly heduu jaladhaa ummuu Afanani ❤❤

  • @sanyiiijawar9143
    @sanyiiijawar9143 Před 2 lety +35

    Saallaaahu saallaaahu Aleeyhi waaassaallaam maasha hlaa tabarak Aalla 🕋🕋🕋📚📚📚

  • @samsungsamsungj4969
    @samsungsamsungj4969 Před 2 lety +1

    Mashallaah mashallaah abdi, hujiieenadhu

  • @muhwihyahussen2685
    @muhwihyahussen2685 Před 2 lety

    Rabbiin issa haa birmatuu kaa inashallaa ijjoollee suddi arbbiiyyaa

  • @fozaaoromotittube9759
    @fozaaoromotittube9759 Před 2 lety +1

    Galatoomaa hundi keessaanu saanyiiwwaan koo Ayane qaali nama ❤❤❤😍😍

  • @badriyabadriy974
    @badriyabadriy974 Před 2 lety +1

    Yaa mashalaa rabii wolii umarii isnii haa dheresuu 💘💘💘💘

  • @halimarsi5574
    @halimarsi5574 Před 2 lety +1

    Wwwwww Maashaallah Rabbii wolii isni haa dhisuu

  • @hawwiisufiyan8198
    @hawwiisufiyan8198 Před 2 lety +1

    masha Allah garuu guyaa gamachuu nama hin rifachisinaa Abdi ati osso jechunii sunii shurkidhaa aka shariyaa Islamati

  • @haniya2012
    @haniya2012 Před 2 lety +5

    Haram walah ayan fi safuwan umrii dhertu rabbii isinif ha khanu ❤❤❤

  • @fatumaanuguse122
    @fatumaanuguse122 Před 2 lety +1

    Abdii rabbii si dhisaa wly miskinaa akanaa gotuu

  • @radirade1616
    @radirade1616 Před 2 lety +2

    Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa tabarakallaa tabarakallaa ijaraa hafii sanyii ofi

  • @AyshaaOroTube
    @AyshaaOroTube Před 2 lety +1

    Rabbiin wolifi isin haa dhisuu

  • @sumayyaet1834
    @sumayyaet1834 Před 2 lety +2

    Masha.allaah

  • @intalaworrakush5670
    @intalaworrakush5670 Před 2 lety

    Rabbi isinif haa dhiisu

  • @samiraatajuu.8399
    @samiraatajuu.8399 Před 2 lety

    Wow mashalah Rabinii adaani isinii hinbasinii hadhaa ilimoo 💔💔💔💝💝

  • @biliseetube1912
    @biliseetube1912 Před 2 lety +2

    Wawww masahaa Allah Bayee namaa Gamache sahani💔💔💔💔💯🙋😭

  • @ShasheTube
    @ShasheTube Před 2 lety +1

    Hojii kee nyaadhu safwaan caaltuunilee worqii naaf bittu malee jedhaarti

  • @zinashtaddesa6678
    @zinashtaddesa6678 Před 2 lety +1

    Waliin jiraadha,,, uuufffff ayaan na marartiim dhugaa 😍😍😍😍

  • @temimaabduragaferahmed9091

    Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa

  • @sabontutube9436
    @sabontutube9436 Před 2 lety +2

    Masha Allah

  • @abdiabdu9831
    @abdiabdu9831 Před 10 měsíci

    Mashaalla jalala barabaarn isini ha kenu❤

  • @aswrwbwhhw8505
    @aswrwbwhhw8505 Před 2 lety +1

    Mashalaa mashalaaa Tabarakalah

  • @Madarsa_As_habul_kahf
    @Madarsa_As_habul_kahf Před 2 lety +1

    Wow Wow Akkana lal Jiraadha

  • @user-rj4nh8vz3y
    @user-rj4nh8vz3y Před 2 lety +2

    Mashaa alah manya

  • @muhwihyahussen2685
    @muhwihyahussen2685 Před 2 lety +2

    Kophee dheerraa godhatuu heeddaa 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @gayathiuae3765
    @gayathiuae3765 Před 2 lety +1

    Uuuuffff miskina tiyyaa ani haa du,u jette wollah imimmman qabachuu dadhabe 😭😭😭😭💔💔💔💔💔

  • @hayatmohammed3337
    @hayatmohammed3337 Před 2 lety +1

    Miskiiin ayaan inaaftuu tiyyaa wollahi bayyee si jaladhaa gootitti wayiiti ayaan😍😍😍😍😍😍😍

  • @RORASTUBE
    @RORASTUBE Před 2 lety +1

    Prank Akkamalee Anaahu Qalbii Fannise Kuni Baayyeen Isiniif Quudhe Dhugaa.

  • @mageeshanyiijamaalmahammad8642

    Masha Allaah tabrakalaa 💘 rabbiin walif isin haa dhisuu 🎈 ♥

  • @intalaworrakush5670
    @intalaworrakush5670 Před 2 lety +1

    Woyi abdi Rabbi sif haa dhisu dhugaa Rabbi

  • @saragasa174
    @saragasa174 Před 2 lety +3

    አአሜን አሜን አሜን

  • @hendamuraadmahmud5496
    @hendamuraadmahmud5496 Před 2 lety +1

    Waayyi masanu dhukubaa asanu jedhan sun dhugaa edaa

  • @gamnegamne2057
    @gamnegamne2057 Před 2 lety +1

    Mashaallaah Mashaallaah 💯💯💯

  • @sofiyagenemo4433
    @sofiyagenemo4433 Před 2 lety +1

    AbdiiHojiiKeeNyaadhuu
    Aryan.misikinaa❤❤❤

  • @d.rpiyaarjalaala7084
    @d.rpiyaarjalaala7084 Před 2 lety +1

    Ammmiiiin Ya Rbii Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiiin Lammmii koo oromoo jabaadhaa AMLEE masha Allhaa

  • @zeedi4458
    @zeedi4458 Před 2 lety +3

    Masha Allha warra jaalaala jechuun isin warra yaamani jiraatu kana walhii hundaa keessanu heeddu usin jaladhaa Ayyu &Sa fi Afanan nuf jiraadha umiri dheerituu warra akakayyu abbabayyu arguu ta.a wa.ee fudhaa kana anilee ni jibba dhugaa 😂😂😂

  • @user-bi7uz8bw8c
    @user-bi7uz8bw8c Před 3 měsíci +1

    Masha Allah Masha Allah

  • @artleylaatube3563
    @artleylaatube3563 Před 2 lety +2

    wowowwww masha Allah

  • @ummumahir925
    @ummumahir925 Před 2 lety +2

    Amiiiiiiin Allahuma Amiiiiiiin insha'Allah Jzklh said 👍👍

  • @mekiyasiraj5250
    @mekiyasiraj5250 Před 2 lety +3

    MashaaallaaMashaaalllaaaMashaallaa

  • @oromootube935
    @oromootube935 Před 2 lety +2

    Maasha allah❤❤❤

  • @samirahabosh3613
    @samirahabosh3613 Před 2 lety +1

    Ayaa tiyyaa henduun sii jalaadha 🥰🥰🥰🥰

  • @nuratubers
    @nuratubers Před 2 lety +1

    Wow Massha Allah

  • @misiraatube1787
    @misiraatube1787 Před 2 lety +1

    Mashaa allha olini turaa

  • @habibaahuseen5892
    @habibaahuseen5892 Před 2 lety +2

    Dhugaa jete aduwin isaan haa du'u

  • @aminamulis6173
    @aminamulis6173 Před 2 lety +1

    Taa sii caltuu esayyu hiin fiduu hiin rifatiin ❤

  • @sadiyamirsa2277
    @sadiyamirsa2277 Před 2 lety +1

    Umu Afinan mashaa hangaa namin dubi fixafi namaa edee dubatii✅✅✅✅✅✅💋💋❤❤❤👍👍

  • @makeyaaliyyi3446
    @makeyaaliyyi3446 Před 2 lety +2

    Mashala alha

  • @ketegesuthulumyalifal4546

    Abdii hoojii kee Ayyaan miskinaa Abshiir 🥰

  • @kadijaashawa4226
    @kadijaashawa4226 Před 2 lety +3

    Maashaallh Maashaallh Maashaallh Maashaallh Maashaallh Maashaallh

  • @ashiyyasanyiijawwee8897
    @ashiyyasanyiijawwee8897 Před 2 lety +2

    ♥ ♥ ♥ Ayaan tiyaa Abbshirii Abbshirii ketumaa

  • @fatiafatia1280
    @fatiafatia1280 Před 2 lety +1

    Hadhaa isin dhumatee Jetee umuu Afinaan 😁😁😁😁😁😁😁♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @kudhaalameenalasanyiitiyaa5132

    masha Allah masha Allah ayyaan misikinan 💝🌹🌹 abdiifi said hojii kesan nyadhaa 🤣🤣😍😍

  • @mucajalaa8463
    @mucajalaa8463 Před 2 lety +5

    amiin amiin amiin

    • @jannagursumismuyer4470
      @jannagursumismuyer4470 Před 2 lety

      Mashallha💯💖💕💕💞💞💞💞💞💞💕💕💖💯💯💖💖💞💕

  • @shamsahmohammed13
    @shamsahmohammed13 Před 2 lety +4

    Ayaan koo 😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋

  • @hawwiiyyeesabootusabaa3105

    Wayii Ayaani tiyyaa 😢😢😢😢😢💔👈

  • @emanumer4738
    @emanumer4738 Před 2 lety +2

    Ahhh abdii kun numaa namaa garidhaa yo isan hug 🫂 ykn walitii maramuu dagatan ni yadachisaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @naimaisilamaa8441
    @naimaisilamaa8441 Před 2 lety

    Mashallhaa wolini issin haa tursisuu

  • @nuraamohamadanuraa3843
    @nuraamohamadanuraa3843 Před 2 lety +1

    Maashaa alla wlif isin haa dhisuu anyan tiyaa qalii maruu kenyaa ♥️🥰♥️🥰🥰

  • @faxeekadir1313
    @faxeekadir1313 Před 2 lety

    Maashaallah

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 Před 2 lety +1

    Mashala 🥰🥰🥰🥰🥰🥰💖💖💖

  • @uaeuae1622
    @uaeuae1622 Před 2 lety +5

    Aswrwb Dhugaa ketii qalii Namaa jiradhaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa mashaallahaa nuuhuu mashaallahaa umrii dherdhaa 💞💞👍💞💞💞💝💝👍👨‍👩‍👧‍👧👨‍👩‍👧‍👧👨‍👩‍👧‍👧👨‍👩‍👧‍👧

  • @gebisalemecha6288
    @gebisalemecha6288 Před 2 lety +1

    waan hin taane maaf hojjatan

  • @sofia17abatchi39
    @sofia17abatchi39 Před 2 lety +1

    Uuuuufi wolii onee naa dhawatee
    Dhugaa moo silaa 😢😢😢ayanee too abashirii 🌺❤💔❤

  • @sifansifan5918
    @sifansifan5918 Před 2 lety +1

    😭😭😭😭😭😭ayaan damma tiyaa atii amala kiyaa qabda bar

  • @iftuuoromooiftuuoromoo8184

    Maashaa allah tabaarakalla baayyee namatti tola rabbiin waliin isin haa bulchu abdi hojii ke ayyaan baayyee aarte wallahi miskiina jalqabumarraayyuu piranki taate surprise kaafiya jettanii garuu baayyee isin jaalanna galatooma

  • @naimatah3706
    @naimatah3706 Před 2 lety +1

    Mashala jabadha qaqaliwani kenya hedu baredani

  • @belayneshtube2582
    @belayneshtube2582 Před 2 lety +2

    Waliif isinii yaa dhisu hora bulaa❤❤❤

  • @charayetesfaye8022
    @charayetesfaye8022 Před 2 lety +2

    😍😍😍ayaanii

  • @amiinatube7903
    @amiinatube7903 Před 2 lety +1

    Amiiiin Amiiiin Amiiiiin si'idoo galtomi

  • @faamitube9123
    @faamitube9123 Před 2 lety +1

    Ayuu gara na gubdeevAbshir hayati osoo dhuga tatelle obsu qabda😭😭😭

  • @miftahipretty9814
    @miftahipretty9814 Před 2 lety +4

    Masha Allah rabin Ada isin hin basin insha Allah ❤️❤️❤️❤️❤️❤️👌

    • @sbrnmedia4525
      @sbrnmedia4525 Před 2 lety +2

      Miftahi dhiifama wajjiin maatii Naaf ta'uun sitti tolaa?

    • @miftahipretty9814
      @miftahipretty9814 Před 2 lety +1

      @@sbrnmedia4525 ishi rako hin qabu wan ofi

    • @sbrnmedia4525
      @sbrnmedia4525 Před 2 lety +1

      @@miftahipretty9814 jzk Allah miftaahi🔐😊