Hachalu Hundessa - Eessa Jirta?
Vložit
- čas přidán 6. 07. 2021
- Ethiopian/Oromo Music - Eessa Jirta? by the legendary Hachalu Hundessa. Volume 3. 2021
Lyrics: Hachalu Hundessa
Copyright © Hachalu Hundessa 2021
Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited. - Hudba
Namnii hacaluu hundessaa jalatuanuu hundii kesaan linke naf xuqaa😭😭😭🖤🖤❤❤
Maatii nafi ta'i tiruu ko
@@orotube44 tolee
czcams.com/video/jz2Hree7_lg/video.html
hi
Ati hinduune injirta yoo miyyuu sagaleen kee gurra keeysaa nudubbata 🥰🥰 seenaan sin dagatu obboleeysa khoo fuulli rabbii sitti haa tolu. 😭😭❤❤
"Isa naan jattee san akkam gootee adaraa afuura ke dhabee barbacakeen joraa" Essa jirtaa😪💔Haccee you were so special we love you forever❤💚❤
እስከዛሬ ከሰማኋቸው የኦሮምኛ ሙዚቃዎች ፩ኛው ለኔ ይሄ ነው። ኢልማ ሁንዴሳ ማርያምን ትችላለህ ።
lenem ewenet andegna.🤩🤩
Hacalu jechun welisa qofa miti qabsa'a Oromoti yero mara si hin irafanu haceko
Kunoo Nama jalqaba ilaalu taheera
Haceekoo sagaleenkee jaarraa hedduuf walitti aansee dhaggeeffatama
😍😍😍😍
👍👍
Dr nafyad you tube kun issatii mee naati himi maaloo
@@digafegirma1972 Yutb haceedhaa matiin bananii kodee kanuumaa hacheetii😭😭😭😭
@@almaazamasiisaa7028 eyyen warratuu banee like Share gonaa
Muziqaa kana qufuu dadhabe atuu essa jirtaa haciyee 🥺💔
Gadda cimaa kessatti nudhiistee ofii kee deemtee 😭😭💔💔💔😭
Am amhara and I love achalus musics he is nice musician 💚💛❤️ Rip young one 🙏
Respect
@@lamikuma2408😢
U don need say am amhara or another ethinic he is ethiopian n u also....
❤❤👌👌
One country one people
የኔ ውድ ደምህን ፈጣሪ ያውጣልህ በ ሰው ተሰፋ ቆርጫለሁ eessa jirrtaa haaccu gubbennee
Amen
አጩኮ ጀግና መቼም አይሞትም አንተህ ሁሌም በልባችን አለህ የሞተው ገዳይ ነው አጩኮ እንወድሀለን
🌿❤️WE NEVER FORGET YOU HAACUU!!🌿❤️🙏🏽🙏🙏🏽🙏
"Haacaaluu Hundessaa ilma sabaf jirate sabaf Du'e😭💔
Jaalalaa ati nuuf qabdu akkamin haa Ibsu moottumaa kiyya haacuu Koo goota goota olii kankeeyu raajiidha jaalalaa fi dhuga hin dagatamne nurra qabda haacuu Koo 😭 ati goota ooli✊
😚😚❤❤
Dhugaa kee ilmi nama dhoksee rabbi dhoksiin haa baasu🤲😭
አንተ መጀመሪያ ስለ ሀጬ ከማውራትህ በፊት ይሄን በክት አ pp ክ ላይ አጥፋ ጀግናው ሀጬ ባለበት ቦታ ድንጋዩ ጅዋር ምንም አያረግም እባክህ
Haacee koo onnee keennaa keessa jirta rest in peace my hero 💔💔
አጩኮ ጀግና መቼም አይሞትም አንተህ ሁሌም በልባችን አለህ የሞተው ገዳይ ነው አጩኮ እንወድሀለን
ሀጫሉ የምርም ጎበዝ ነህ የኦሮምኛ ሙዚቃን ከፋ ያለ ቦታ ያደረስክ ምርጥ ሙዚቀኛ መልካም ሰው እዚህ ምድር ላይ አይቆይም ነብስህን ከደጋጎቹ ፈጣሪ ያኑሪት
Dhugaa kee akka aduuti haa basuu rabbin 🤲
Amiiin Amiiin Amiiin😭😭😭 Yaa Rabbii🤲🤲🤲 ☝
halkaan guyyaa ijarraa nanbaddu haceekoo😭😭😭🥺🥺❤️❤️❤️❤️❤️
Ati dune Hacee koo, yomuu hin dutu onee ilman Oromoo milliyon hunda keessaa jirta💞💞💞💞💞💞💞
Lakkii atoo hin dunee hacca ilmaa hundeessaa Galmee seenaa gubbaa kabajamtee tessaa Akkuma Atuu jetuu seenaa rirmi hin nyatuu Goonni fooniin miti Hojjiidhan jirtaa 😭😭😭
እኔ ኦሮሜኛ አልሰማም ግን የሀጫሉ ዜፈኖችሁን በጣም አዳምጣለሁ ነፍስ ይማር 😭😭💔💔💔
Me too
Anh y boda zer blhut(entsaftbl)komta boda zer
Who listen more than 5 times Make me like always hacaaluu live in our minds from somali regions jigjiga galatoomaa our oromo brothers
ትእጉሙ ባይገባኝም ለኔ ከኦሮምኛ ዘፈኖች አንደኛዬ ነህ😭😭😭😭😭😭ብትኖርልኝ ወንድም መልካም ነበር ለልጆችህ ሲል ብትኖርልን😭😭😭ግን አልሆነም ከተፃፈለት ሰው አያልፍም ይሁንስኪ ለመልካም ይሆናል የላይ ቤትህ ይመር ጀግናው😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ፈጣሪ ከጠራህ ምንናደርጋለን እኛም ወደሱ ነን መቼም ምኒደረግ😭😭😭
Mee warrii hacuu koo Jetan harka like keessan esaa jira arga hin jiru ani. Hacuu koo. Yomuu jirata onnee koo kesssaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰
It is one of the best music in our history, R.I.P.
የገደሉህ ሰወች በቁም የሞቱ ናቸው ሲሞቱም ወደሲኦል ይወርዳሉ::
qq
ate ersg merze beteu yealk stcog yenberewn yersgew letawk bay bemoket nachu
yess
@@abizewdie5508 ggggg
አስቀድሞ መጠንቀቅ ።
Haacee koo onnee keennaa keessa jirta rest in peace my hero 💔💔
Hacee koo onnee keennaa keessa jirt8😭😭😭😭😒💔💔💔💔💔💔
Maal goone laataa
Hacee koo atii essaa jirtaa mee nuuf himii malloo malloo 😭😭😭😭😭😭😭💟💟
Mararaakoo yoomuu sin dagannuu nuti ummanni Oromoo ❤❤❤❤. Hagan bakka ati jirtu sana dhufutti akkan guggubachaa imimmaan siif harcaasettan jiraadha. Kuni yoo jiruu taatee 💔💔💔💔
Yoomu Onnee ❤️ Oromoota mil60 keessaa Bakka guddaa qabda🙏👈
Oromo ko kotaa mee nugusaa kenyaa dhufee jiraa segelen beredaa nuff ergee jiraa qamaa jiratus batuu 😭😭😭
Uuuuuuuufffff
#H😭💔 qaalii keenya maaloo essaa jirtaa
ወንድማችን ነፍስህን በአፀደ ገነት ያኑርልን። የልጆችህ አምላክ ደምህን ይመልስልህ ሀቅህን ያውጣልህ!!!
Amen.🤩🤩
@@abubekermustefa5002 66
Maaiiiin
ZZZwww222wwwwwwNM
@Abubeker Mustefa a
Yooyaa hacee gubanee keesaa keenyyati😭😭😭
Waaqayyoo Lubbuu kee mirgaa qulqulloottaa haa ka'uu
Wa'een kee Ergaa gafaa Waareegamuu kee Dhaaga'eetii Gara kotuu na gubbataa
A man before the time.
ሀጭዬ አምላክ ልጆችህን ያሳድግልህ መቼም መቼም አንረሳህም ውዴ
ኡፍፍፍፍፍፍፍፍፍ አረ ተቃጠልን
በቅንነት ደምሪኝ የኔ ውድ እህት
Hacee ko biyee sitti hasalphaatuu😭♥️💝
kottu matti koo tayyi sanyii koo
Hace koo siyaasasa ethip tortora sanif jechaa sii nyate gadhen☝🏻💟
Ayii haccee koo garaan nuu gubbatee yaa rabbii situu hundaa argaa situu hundaa danda.a dhugaa gotaa kanaa nuf basii
Eessa jirtaa Hacee koo 😭😭😭
RIP Our hero.
You are always in my heart!!!!
Rest in peace my hero.
Silaa maal jenna😭💔
matti koo tayyii sanyii koo
dhuugaa kee rabbin siif haa baasuu kan sii nyaatees kan sii nyaachiisees haa baasuu 💔😢
I never saw anything until today that brings new things may your soul rest in peace
Essaa jirtaa atuu hacce 😭😭😭
Am somali ilove 💕 ethopian songs such as tamrat desta hachulu and teddy afro
"Issa Nan Jete sen, Akem Gote Adera
Hafure Kai Debe Berbachutin Joora"..
The LYRICS are deep. The golden voice rises and falls, zigzags with the beat.
The synchrony of the music is just right and does not overshadow the great singer.
Ilmo namati goorban wolahi!
What a devastating loss of an exquisite talent in the prime of his life..
Acce koo
Qqqq❤1❤1
ሀጩኮ!!!!!የጀግና ጥግ :የወንድ ልክ: የትግል ምልክት: የኩራት ጫፍ : የተጨቆኑ ዋስ : ትንሽ ኖረው የዘላለማቸውን ከሰሩት ውስጥ አንደኛ እና አንዱ ነህ!!!!!RIP my true hero!!!!me and my whole family, love you, respect you and remember you forever!!!!አጩኮ የመልካምነት ምሳሌ!!!!
sure heroe of the year may best describe him.🤩🤩
dise mile gilesa wawww
What an expression. Hacu deserves more. No words have the power to explain him. RIP our hero😢
Oromoo Hundaaf Jajabinaa Hawwa😭😭
I'm from Uganda I love this song oromo African hero hacalu
Eessa jirta ka Hacce koo♥♥♠♠♠uuuuuuffffff
Nun eessa jirtaa jette ofii eessa deemte 😭😢
Hafiz
💔asiinis seenaa yaa hojjennumee❤
Im live gonder I love this song King of Ethiopia hachi RIP😢❤❤
Mee ilmaan oromoo pls. Daawwadhaaf😭😢
My HERO rest in peace I know you in heaven I love you we never forget what you did for us (Oromos)
Woyoo haccee simaa obsuu dadhabee 😭😭😭😭😭😭
Maaloo atuu eessa jirta gubanee haacee kooo😭😭😭😭😭
Waada naaf galte sana ni yaadattaa laata
Moo jiruutu sitti ho,ee nadagatte laata;
Hangan lubbuun jiruu addunyaa kanarra
Furtuun gammachuu koo suma harka jira
Nagaan boqodhu qaalii koo!
The Legend never die love you forever
Our hero and indispensable person. We remember you for ever as legendary artist in Oromoo history. RIP
You are always in our heart Rip my hero 🙏🏽❤️💪🐅🐅🐅💪
Eenyuutu bakkaa jiru irraanfata laata! sirbaa hachaalu yeroo dhaggeeffatu akkaa koo!!!
Eesa jirttaa haccee koo
Hace koo essaa jirtaa gotaa koo 💔💔💔😭😭😭😭
Maatii nafi ta'i tiruu ko
@@orotube44 tolee oro tube
You’re one In million my hero, you will remain in our heart for ever
Haacee kkoo Leencee Gootaa keenyee Rabbiin Igaa keetii nuf haabaasuu 💯💖💖💟💟💟☝👈
Gubachaa Jiraa qallikooo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Hacce koo attu eessa jirta ?
Ani sii yade maalif nura fagate?😭😭😭
አመሉ ❤❤❤ 😭😭😭😭❤❤❤❤❤❤❤
ሀጬ አንተ አልሞትክም አትሞትምም ሁሌ በልባችን ውስጥ ትኖራለህ የንተ ትውልድ በመሆኔ በጣም እኮራለው እኔም እስክሞት ድረስ ያንተን ጀግንነት በኩራት ለትውልድ እናገራለው እመሰክራለው ያንተ ታርክ አንብቤ ሳይሆን በአይኔ አይቼ ነው ❤💔
Hacee koo onnee ilma oromo jirta yomile ati nuf hin duune nukessan jirta
Hacceeeeeeeeeeee my king 😭😭😭😭😭❤
Hacuu Koo sii dhabbnee
Hacee koo u are always our hero and bring out your truth!!
It is one of the best music 🎶 in our century and never forget u ❤️
You're always our hero Rest in peace bro ❤🌳❤👍
matti koo tayyi sanyii
Haceko dhugaa kee rabbi ha baasu
Hacee gotaa koo atii jirtaa onee kenyaa kesatii siddaa ijartee uuuuffeee anaaaaa
Woww galatoomaa😭😭😭😭
Ati duutes jiraatadha Warra si nyaate du'e 😭😭
matti koo tayyi sanyii koo
Hacee ko sii daganuu yomuu❤💚❤
Sii yaannee hacee koo dhiigaa kee rabbii haa basuu uuuuuuuufff 😭😭😭😭😭😭😭😭
One of my favorite Oromo singer !!!❤ Rest in peace bro!!!
My sissy introduced me to this song..omg, can't stop listening to it!
Esa esa jirta haca ko😭😭😭
Esa jirtaa
Wayyoo haceekoo
😓hacee waayeen kee onnee keenya akkuma cabseti jiram💔
"Waa lama dhadu taane sis dhabne dhugaa keetis dhabne hace "
Ani akka nama tokkoti kan an barbadu dhugaan kee bahufi fuulli waaqqa sitti toluudha hace!
Uuuuuuuufffff😭😭😭😭
Esaa jirtaa???
Lamma Magarsaa??
Imaana guddadha kan sitti kannee
Qabsoo Qeerroo fi Qaree
Waan walin janne san akkam goote....
matti naf tayyi sanyii
Uuuff haccee ko Anaa nyaatuu bakkaa ke😭💔
Atumtu essa jirta haccu koo uuuffii😭
Oromo hero forever yo✊🏿
I love this song so much its incredible. Rest in peace hace Goota koo
I LOVE YOU HACHALU HUNDESSA. ወንድማችን ነፍስህን በአፀደ ገነት ያኑርልን።
Hacee Qaalii keenna 💔
hacee koo kutattuu koooooo.... nagaatti!
Hacee koo anumaa hadhabuu😭💔❤❤❤❤❤
ሀጫሉ በጣም የምወደው በፍቅር የማዳምጠው ዘፋኝ ነበር እግዚያብሔር ነፍሱን ይማር!!! ነገሮቹ ሁሉ በጣም ያሣዝናል
Seenaa ririmii hin nyaatuu!
Jecha goota keenyaa hacaaluu hundeessati!.
Eessa jirta hacee koo😭😭😭😭😭?????
Guyyaa tokkotti Milliyoona galchuu qabdu Oromoo koo!!
Malo hacee koo malifi demete💔😭
yaa ilmaan oromoo hojii keeysan hojjachaa kaayyoo hacaaluu fulduratti tarkaanfachiisuuf karaalee danda,ameen anis, atis, nutis, isiniis dirqama nurratti
Halkan guyyaa ijarraa nun badduu
Ciisnee kaanu waa'uma kee yaannaa
Eessa, eessa jirtaa, Hachee koo maaloo nu wallaantaa! 😥
ይብላኝ ለገዳዮችህ በቁማቸው ለሞቱት አንተ ሁሌም ትዘከራለህ ትውልድ አይረሳህም ኦሮሚያ ሁሌም ስላንተ ታወራለች ትዘክሪሀለች በልባችን በቤታችን በኑሮቻን በድላችን አለህ ሁሌም