Komentáře •

  • @yesusigooftaadha1391
    @yesusigooftaadha1391 Před rokem +5

    Pls jaalala waaqayyoon waarrii kolfaa jirtaan maalooo caalisa.😢😢Keessummatti waarri shamarani waan nama mudaatu hin beekketan.
    Yoo sinitti tolle akka wqyo ishee gaargaru kaadhadhaf yookkini moo caalisa malee koolfa maalatu fide.

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477

    Mee maal isheeti balleessite
    Rabbii isaa miidhu akka ishee miidhe kanati
    Rabbi nagaa si haa hiiku miskina koo❤😢😢😢

  • @giftibintnuraba6745
    @giftibintnuraba6745 Před rokem +6

    😢😢dhirii tokko tokko Rabbiin hin sodatuu😢 Rabbiin nagaan sii haa hiikuu😢

  • @wobioro9662
    @wobioro9662 Před rokem

    Rabii nagy si haa hikuu abshiri firii kee arguu calaa maltuu si gamqchisaa abshiri 🥰💚🥰

  • @yussraamedia3452
    @yussraamedia3452 Před rokem +1

    Subahanaa allah ☝️ rabbiin nagayan sihahikuu.
    Ijoleee dhiraa
    Rabbii sodadhaa

  • @oopqazwe1041
    @oopqazwe1041 Před rokem +7

    Uuuuuiuffffee waqayyo goftaa sii yaa gagaruu obbolesii koo❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @user-si9fq1dy7t
    @user-si9fq1dy7t Před rokem +4

    ኢየሱስ በሰላም ይገላግልሽ ፈፃር ካቺጋር ይሁን ዉዴ❤❤

  • @ffaa7384
    @ffaa7384 Před rokem

    ijigayyoo waqayyoo dhugaa si haa dubisuu hadhoo koo lubbuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊

  • @rmteyou9241
    @rmteyou9241 Před rokem

    Rabbinii sii fanaa haa jiratuu

  • @user-zd9ul1nl2oAbee
    @user-zd9ul1nl2oAbee Před rokem

    Waqayoo akeka qaba wan kana Rawatef Nagadhan hikamte Da'imake walin aka debite dhuftu abdi waqara qabna jabadhu.

  • @mulugemechuu
    @mulugemechuu Před rokem +1

    Rabbii nagan sii yaa hikuu,😢😢 hojii isaa rabbii bira yaa argatuu

  • @likkeemekonin8288
    @likkeemekonin8288 Před rokem +1

    Waqaayo gooftaan nagaadhan sii haa hikuu obbolleeti teenya 🤲🤲

  • @bilisemotuma5316
    @bilisemotuma5316 Před rokem

    Gifitikoo ayii waaqayomitii nagaani saa hiikuu abshirii waaqayoo gatii jalotaa nii kenaafii❤💝💓💓🙏🙏🙏🙏

  • @raheel2312
    @raheel2312 Před rokem

    Waqayyoo abban kee nagaan sii haa hikuu❤❤❤🙏🙏🙏

  • @ahmedahmed-fc5bh
    @ahmedahmed-fc5bh Před rokem

    Oggeetii hubatuu beetuu simboo qabeet waqayoo nagaadhan sii haa hikuu😢😢😢😢❤❤❤❤

  • @user-hl9wq6rk4s
    @user-hl9wq6rk4s Před rokem +1

    Isayyuu in odeeffatti qalbiidhuma shamarran tokko tokkoo.kan ishiittuu namaan gargaaramti maal waan akkanaa gooti kan darbe irraa in barattuu maalif nama faana callistee bulti itti heerumte moo.ana kun waanuma na gaddisiisu in qabu.hicci yaa bara kana

  • @bekeludeyasa4854
    @bekeludeyasa4854 Před rokem +1

    Waqayoo naganii sii yaaa hikuu🤲🤲🤲🤲🤲

  • @user-ty3hx4wu9d
    @user-ty3hx4wu9d Před rokem

    Ufii goftani sii fana haa ta,uu

  • @fanushalomicom1137
    @fanushalomicom1137 Před rokem

    Bagaa waqayo muca siif kenne waaqayoo nagan sii hikuu muca fayyaa qabesa siif yaa kennuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤.

  • @GadiseDabab
    @GadiseDabab Před rokem

    Waaqayyoo nagaan Sii haa hiiku Ilmoo argachuun kee baayee nama gammachisaa, garuu dhiirri keenya kun yoom qarooma

  • @aeyelechegute1955
    @aeyelechegute1955 Před rokem

    Waqayyoo sifana yaa ta,uu hadhoo koo❤❤❤❤ waqayyoo bekkadhaa

  • @HaanaHaana-bc5vg
    @HaanaHaana-bc5vg Před rokem

    Humaa mittii kunii waanuma jiruudhaa jabadhuu

  • @yasoa5546
    @yasoa5546 Před rokem

    Jalalii bayee ulfataa dhugaa waqayyoo goftan ishii ha gargaruu malee😢😢😢😢

  • @kiyattoutebe1024
    @kiyattoutebe1024 Před rokem +1

    Waaqayyoo nagaan si haa hiikuu ❤❤

  • @SINGITAAN
    @SINGITAAN Před rokem

    Waaqayyoo nagaan si haa hiikuu ilmaa bor lafaa garii gahee si gammachiisuu sif ha latuu❤❤❤❤❤❤❤😢

  • @tamattamary4654
    @tamattamary4654 Před rokem

    Galatoomaa lattuu tvn ijjigaayyo dhalli eebba waaqayyooti giiftiikoo garuu inni kana sirratti raawwatee harkasaa sirraa deeffate gatiisaa hin argata ati jabaadhu waaqayyo si waliin haa ta'u nagaan hiikami❤

  • @brtukanjote6928
    @brtukanjote6928 Před rokem

    Wayoo ijigayoo koo rabbii sii yaa argaaru

  • @SamuelSami-hi1te
    @SamuelSami-hi1te Před rokem

    Rabi nagaan si haa hiikuu

  • @user-uh6lo4og7y
    @user-uh6lo4og7y Před rokem

    😢😢😢😢😢😢uuuuuuuuffffii waaqqayyoo nagani si haa hikuu obboleti koo

  • @user-eg7hf5oc2b
    @user-eg7hf5oc2b Před rokem

    Abshir rabbin nagan,sihaIkkuu😢😢😢😢😢😢

  • @sinbooqananii3168
    @sinbooqananii3168 Před rokem

    Safuudhaa garruu dhugaa yaa namaa kenyaa kanaa abbaan koo sii haa gargaruu garaa kee haa ta'uu😢❤❤

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Před rokem

    Uuuuffffeee waqqayyoo siif haa gargaruu obboleti koo🙇

  • @gabbisetube1588
    @gabbisetube1588 Před rokem

    Waaqayyoo Nagaan sihaa hiikuu obboleettiikoo uuuuuuffff

  • @CaaliObsa
    @CaaliObsa Před rokem +4

    Baayyee .gaara.naamaa..nyaati
    😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲

  • @simbodame9585
    @simbodame9585 Před rokem

    Uuuuuuuuffffffiii waaqayyoo nagaani si haa hiikuu maloooooooo hadhoo koo 🙏🏻🥰🥰🥰❤️❤️😭😭

  • @abiba-hi2nk
    @abiba-hi2nk Před rokem +3

    Rabbiin nagaan siya iikuuuu 🤲🤲🤲😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲💔🎉🎉🎉

  • @birituworkina8408
    @birituworkina8408 Před rokem +1

    Hin kolfumoo hin gadduu egaa uuuuufff miskinaa koo😢😢❤

  • @MartaMarta-pz4yv
    @MartaMarta-pz4yv Před rokem

    Waqayyoo nagaan sii Haa hiikuu haadha koo 😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤

  • @margemandesa4433
    @margemandesa4433 Před rokem

    Waaqayyo gooftaan inni siif kennee siiyaa furu😢😢😢

  • @fefc2f179
    @fefc2f179 Před rokem

    Farfaata amanuel warri maqa ballesitan waqayyoon soodadha dhiisa inni hin gaargaree maale waan biiraf ishi hin baarbane

  • @MizbahuuMahammuud-gv3kt

    Mee kanaa waquumaa hin sodatuu ilmii namaa yeroo kanaa wajjiin wal qunaamtii salaa godhuu 😭😭😢😢

  • @shaltoshalo
    @shaltoshalo Před rokem

    Safuu hii ilmaa namaa hagamii jirataa garuu Adunyaa tanaa. iraa jirataa lataa

  • @balayetashome6374
    @balayetashome6374 Před rokem

    Waqayyoo nagaadhan sii haa hiku 🥰🥰🥰🥰

  • @Alam-cf7ku
    @Alam-cf7ku Před rokem

    😢😢😢😢 waaqayyoo nagaan sii haa hikuu😢😢😢

  • @gadaajisa-wb3vz
    @gadaajisa-wb3vz Před rokem

    Uuufff waaqayyo sii haa gargaruu hadhookoo🙏🙏🙏🙏

  • @shaltoshalo
    @shaltoshalo Před rokem +1

    Waqyoo nagani sii hii hikuu♥️♥️♥️♥️

  • @haanaabayisamylifemama5424

    Waayyooo jaalala gofta sifi haa godhu❤

  • @josephshaikh3612
    @josephshaikh3612 Před rokem

    Waqayoo naagan ishee haa hikuu ❤❤

  • @ayitejackline-sx1wv
    @ayitejackline-sx1wv Před rokem

    Goftaan koo Sii wajjiin haa jirtuu nagadhan hikkamii obboleetii koo maal keessaa jiraa garuu Sii dhisee kutee in hamaa dafii kotuu Yaa Waqaa koo 💔💔

  • @ejarataye2987
    @ejarataye2987 Před rokem

    Waaqayyo Si haa hiiku Ijjigaayyoo

  • @nugatiethiopia4693
    @nugatiethiopia4693 Před rokem

    Waqayyoo si haa gargaruu kaa malii jedhuu mitii isafii haa dhisuu

  • @Martin-wv2xs
    @Martin-wv2xs Před rokem

    Waaqayyoo Si haa garirigaruu😢😢😢😊😊😊😊

  • @user-cc5pm5vo2d
    @user-cc5pm5vo2d Před rokem +3

    Suraan koo bayyee baredaa jetii tuu🎉🎉🎉😂😂😂

  • @adano8572
    @adano8572 Před rokem

    Waqayoo nagan si gargaru adhokoo❤❤❤❤

  • @faxumatube5843
    @faxumatube5843 Před rokem +3

    Dhugaa bayeee garaa namaa nyatii ❤❤❤❤😢 misikinaa

  • @user-rr6no7bp7y
    @user-rr6no7bp7y Před rokem

    Waqayyoo si haa hikuuu gargaradha❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @UsA-mn3jd
    @UsA-mn3jd Před rokem

    Waaqayyoo nagaan si hikuu

  • @misgaaneefayyeera9410

    Maalo maalin argaa ijjoo koo😢😢😢😢

  • @paysipaysi2840
    @paysipaysi2840 Před rokem

    Waqayo nagani si ikuuu🎉❤❤❤

  • @SHAWAYEEE
    @SHAWAYEEE Před rokem

    Part 2❤please 🙏

  • @ahmedahmed-fc5bh
    @ahmedahmed-fc5bh Před rokem

    Waqayoo goftaan nagadhaan sii haa hikuu waan godheef beekaa waqayoo 😢😢😢😢

  • @tsehaykenea4426
    @tsehaykenea4426 Před rokem

    Waqayyoo si haa gargaaru🙏

  • @demituenjigu7356
    @demituenjigu7356 Před rokem

    Waqayyo saa gargaruu imaa koo😢❤❤

  • @fireyotalemu1689
    @fireyotalemu1689 Před rokem

    Uuufff waqayyoo beekadhaa kutaa 2ffaa❤

  • @WABITUBEno
    @WABITUBEno Před rokem

    waqayoo nagadhan si haa kikkuu hadhoo koo 🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺Namaa gadidisaa gooftan sumaa biraa haa jirtuu maale

  • @BirhaneTasfaaye-kt3qe

    Rabin nagakan si ha hinuma adhokoo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @areslivreur4757
    @areslivreur4757 Před rokem +1

    Ayyiii Yaa ilma nama 😢😢😢😢malii

  • @helleen4304
    @helleen4304 Před rokem

    Uuuuuuffffff 😭 waqayyoo siin haa gargaruu maloo😭💔😭😭😭

  • @diribeedabalaa2302
    @diribeedabalaa2302 Před rokem +1

    Baga Nagaan dhuftaani ❤❤❤❤❤

  • @DinqeFiqaadu
    @DinqeFiqaadu Před rokem

    Waqayyoo nagan sii haa hikuu 😢😢

  • @user-rd9iq6rv9p
    @user-rd9iq6rv9p Před rokem

    Waaqayyoo sin haa gargaaru😢😢😢

  • @senachalch7134
    @senachalch7134 Před rokem

    Waqayyoo naganii sii haa hikuu adhoo Koo 😢

  • @caaltuutube7217
    @caaltuutube7217 Před rokem

    Uffu maaloo sana booda maal taatee ijjigaayyon 😢😢😢

  • @user-fs8pp2iw8k
    @user-fs8pp2iw8k Před rokem

    Uuuuuuuuuufffff😭😭😭 hadhokoo waqayoo nagan isii has hikuu baredakoo dhalaa godhachuu garidhaa barduukooo

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384

    Takalee Tafara Aragaa !! hojiikee
    Nyaadhuu maloo namni bara kana sirrumayyuu maratera giiftikoo maltuu sitti erguu

  • @halimabosona6110
    @halimabosona6110 Před rokem

    Waqayyoo sii haa gargaruu obboleetii

  • @iftuubalee3168
    @iftuubalee3168 Před rokem

    hay dhiraa baraa kanaa cubbu hin sodatuu maf akkas godheen mee miskina ofii ishefuu gargaramu qabdu balaa biraa itti fidaa😭😭

  • @sudiyyaamahamad-se7pi

    rabbii nagaan siha hikuu abshir giftiikoo nagaan hikamnan muccankee hin gudifataa

  • @Hawwii-dy9qj
    @Hawwii-dy9qj Před rokem

    Wan huddumaraa waaqayyo sin nagaan ha hikuu 😢😢😢😢😢😢😢

  • @jshe6836
    @jshe6836 Před rokem +4

    Ana kan naf hin galee ishumattu ulfaa'u fedhe moo hanga ji.a sagal guutuu maaf egdii 2ffaa immoo dhirrii ishee ulfese suun oliin akkaa jiratun jedhaa hanga dhumatii 3ffaa duranu seenaa gadisisa qabdii damoo ofiitti amanamuma qabachun kee nuufu fakkenya tatee egaa haa ta.u jalaliis wan hundaa keesaa sii galchu malaa ega ta.e waqayyoo sif haa lafisu😢

  • @muniraaarsiiboqqojjii4000

    Rabbiin nagaadhaan sihaahiiku uuuufff 😢😢😢😢

  • @chaliihaile2056
    @chaliihaile2056 Před rokem

    Anaan kan naa dhiibee torbaan 32,geessettii tanaan mucaan kan namichaa mitti jechuudha, 32 weeks jechuun, ji'aa 8,jechuudha, garuu isheen namichaa wajjin kan waal argitee 4 -13- 2015,jette kanaa yoo ta'ee, EDD,1-18-22/2016,turee kan isheen deesuu

  • @keenaatube
    @keenaatube Před rokem +1

    Enyuudha kan ulfeese garuu

  • @sabelfayeza9921
    @sabelfayeza9921 Před rokem

    ፈጣሪሆይ 😱🙏

  • @emantube8228
    @emantube8228 Před rokem

    Ayyyii cubbu dhiraa Mal issan akkasi dhalaa nama midhuun 😭😭😭😭😭😭

  • @Kookeet9984
    @Kookeet9984 Před rokem

    Gooftaan inni akka nama hin tane gooftaan nagan si haa hikuu mama koo 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @madinacity4562
    @madinacity4562 Před rokem

    Waqaayoo sii haa gargaaru

  • @fideshiabdesa1814
    @fideshiabdesa1814 Před rokem

    Uuuuuffff waqayyoo Nagaani sii haa hikuu

  • @HanaT-iy7cq
    @HanaT-iy7cq Před rokem

    Uuuuuuuuuuff waqayoo sii wajinii hatuu 🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️

  • @shewayadayee
    @shewayadayee Před rokem

    Dhugaaa garaa jabinaa dhiraa

  • @sabbotuuoromiya6012
    @sabbotuuoromiya6012 Před rokem

    Hudafuu waqayyoo nagaan sii hikuu dhalaa aragachun kee bayee namaa gamachisaa🎉 garu pat 2

  • @biranisaedhilalaljabri1519

    Waqayyoo nagaan sihikuu

  • @wallagaatube8496
    @wallagaatube8496 Před rokem

    Uff waqakoo😢😢 nagan si haa hikuu

  • @werkywerky2500
    @werkywerky2500 Před rokem +2

    Dhirifi sareen tokko jedhan mee mucayyo miskina akkas godha😢

  • @user-tf1bh6je4g
    @user-tf1bh6je4g Před rokem

    Waqayoo sii haa gargantuan hadhoo koo yaa waqa koo nagan sii haa hiikuu

  • @wudeneshbeddee8309
    @wudeneshbeddee8309 Před rokem

    Uuuuffff bayee garaa namaa nyatii

  • @merrybulti777
    @merrybulti777 Před rokem

    Part 2 please

  • @diredire-dk8iw
    @diredire-dk8iw Před rokem

    Plz part 2

  • @sufeyasufeya873
    @sufeyasufeya873 Před rokem

    Ayyii jalalaa bayy'ee nama midhaa

  • @obsandarbuu6846
    @obsandarbuu6846 Před rokem

    Waqayoo nagaan siyaa hikuu giftii koo 😢😢😢😢