Hachalu Hundessa - Tokkummaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 5. 04. 2021
  • Ethiopian/Oromo Music - Tokkummaa by the legendary Hachalu Hundessa. Volume 1. 2009
    Lyrics: Hachalu Hundessa
    Copyright © Hachalu Hundessa 2021
    Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

Komentáře • 137

  • @zemzemhusen639
    @zemzemhusen639 Před 2 lety +23

    ድምፅህን ስሰማ ፍርድ ያለማግኘትህ ሁሌም ያመኛል

    • @abdullh8383
      @abdullh8383 Před rokem

      ❤❤❤❤❤❤kmggbvy 🎉usher 3:43

  • @user-fr6tn6md5s
    @user-fr6tn6md5s Před 26 dny +2

    My legend my hero!!

  • @user-xf7ps4jx8o
    @user-xf7ps4jx8o Před rokem +7

    ፍትህና ፍርድ የሌለባት ሀገር ኢሄን ዘፈን ስሰማ ሀይስኩል እያለን የነበረንን ወርቃማ ዘመን ትዝ ይለኛል አቤት ዘመን ብዙ መስራት በምችልበት በአጭር ለቀጩክ በቤታቸው ይግባ ነብስክን ይማረው ሁሌ በስራዎችክ ህያው ነክ

  • @HenokKibru-go11go
    @HenokKibru-go11go Před 22 dny +2

    Dhuugaan yoommuu siindagattu
    Haqnii siihiinraafattuu
    Obbooleesakoo

  • @nebiyatabasanbi8513
    @nebiyatabasanbi8513 Před 24 dny +2

    Your songs are the best 👌 and they bring us together ,you were a legend.

  • @nebiyatabasanbi8513
    @nebiyatabasanbi8513 Před 7 dny

    You are the best person ❤️ 💛 💗 💕

  • @Time12345A
    @Time12345A Před 7 měsíci +2

    My Identity will always live through me Tokkummma ya Ilmmanni Oroommmoo Tokkummaaaanni ❤❤❤🇪🇹🇰🇪💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽

  • @tekootube
    @tekootube Před 3 lety +6

    haacceekoo yeroo hunda seenaan si yaadataa

  • @fikefikir0975
    @fikefikir0975 Před 3 lety +3

    nagaan boqodhu goota koo. goota tokkummaa uummata keef lubbuu tokkitii qabdu hin qusanne.

  • @feruzjima3625
    @feruzjima3625 Před 3 lety +3

    Tokkkummaa Tokkkummaa Tokkummaa Tokkuuummaa yaa ilma Oromo Tokkumman humnaa Tokkumaa😘😘😍😍❤❤💚💚❤❤

  • @milkientertain2022
    @milkientertain2022 Před 5 měsíci +2

    Ever strong singer we never forget you my hero ❤️❤️❤️ i

  • @Yasinbulaybt24_22
    @Yasinbulaybt24_22 Před 24 dny +1

    Barroo barumaan darbaa

  • @kenobekele7538
    @kenobekele7538 Před 7 dny

    Maal siigoonagaa nutii kunoo har'as haqaa kee baasuu dadhabnee teenya

  • @oromiyaahaacaaluu4537
    @oromiyaahaacaaluu4537 Před 3 lety +2

    Tokkumaa yaa ilmaan oromoo hacee koo siti hin hafne dursite nuuti himte nuf dhamtetaa hacee koo tokkumaan humnaa 💪

  • @gelanyoutube4485
    @gelanyoutube4485 Před 3 lety +4

    My king hacee hundesa bonsa
    💪
    Biyyoon sitiya salphatu nagan boqadhu hacee koo 🤲🙏

  • @saradamise3669
    @saradamise3669 Před 3 lety +2

    Ayyyyyyyiii yaaaa haccee mal sif gonure 😭😭😭😭😭

  • @hiramg7129
    @hiramg7129 Před 3 lety +19

    We will never forget you our legend 💔💔💔💔💔💔💔

  • @kiao9306
    @kiao9306 Před 3 lety +3

    Tokkummaa yaa ilmaan Oromoo Daandii HACEE✊🖤❤❤❤❤❤❤🤍

  • @biliseeintalaamboo8224
    @biliseeintalaamboo8224 Před 3 lety +3

    Tokkummaa ati nuuf dhaamtee erga ati boqattee dhabneerram hacuu koo😭😭

  • @user-ck9km1xt2
    @user-ck9km1xt2 Před 9 měsíci +2

    😭😭😭😭😭💔💔💔❤️💚❤️🥺🥺🥹🥹hacalu Rabin rahmat siha godu 😢😢😢😢

  • @mohabbamohabba7077
    @mohabbamohabba7077 Před 3 lety +3

    Haacee koo anoo sagalee kee yeroon Dhaggeeffadhu Du'a kee hin Amanu imimmanis qabachuu hin danda'u Lakkuun roobsaa Maali malli koo 😭😭😭😭😭😭😭😭 Hadho koo Haacee koo aaaaaahhhhh garaan nu gubate

  • @oromootube9491
    @oromootube9491 Před 2 lety +2

    Yomumaa gumaa kee bafanaa Hacee koo 🥺🥺😭😭😭❤💚❤😭😭😭

  • @Ragnar21
    @Ragnar21 Před 2 lety +4

    ልፅፍ አስቤ ምን ልፃፍ አንተን ማሰብ ማቆም አልቻልኩም ሀጬኮ ማልቀስ ውስጤ መድማት ሊያቆም አልቻለም ሀጬ እወድሀለው

  • @Time12345A
    @Time12345A Před 7 měsíci

    Tokkummma ya Illmmaniii Orommoo 💙❤️💚 Miss you King

  • @seidbaatee8063
    @seidbaatee8063 Před 3 lety +3

    Yaa ilmaan oromoo tokkummaa✊💖

  • @natangetnet3445
    @natangetnet3445 Před 2 lety +4

    ❤❤🌳🌳❤❤we don't forget you from our heart ❤❤🌳🌳❤❤

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Yaa ilamanii oromo jedhee tokkummaa jedhee haccn isinii esaa jiratuu

  • @hayuamanhamda7638
    @hayuamanhamda7638 Před 2 měsíci

    My ❤❤❤❤❤

  • @gadaanet
    @gadaanet Před rokem

    Haceekoo, hin dandeenye 😭
    Ati goota dha. Bara baraan seenaan si yaadata!

  • @SeidArage-ub1ii
    @SeidArage-ub1ii Před 9 dny

    ትችላለህ

  • @michaeladanegn9324
    @michaeladanegn9324 Před rokem

    Tokkummaa dhabnee akka ilmaan bineensaa waljibbine; dhugaa keeti Hacee koo! Seenaan sinraanfattu.

  • @FilebarKedir
    @FilebarKedir Před 3 měsíci

    Ati qaaliidha

  • @funnytiktokscenes4033
    @funnytiktokscenes4033 Před rokem +2

    #JUSTICE FOR HACHALU HINDESSA 💔

  • @yerosenasefa1537
    @yerosenasefa1537 Před rokem

    Uffff haceekoo😢😢😢

  • @hani3144
    @hani3144 Před 3 lety +2

    We love u forever our hero

  • @famiiusmail9987
    @famiiusmail9987 Před 6 měsíci

    Oromoo Tokkummaa

  • @maryamfasika7037
    @maryamfasika7037 Před 2 lety +1

    Yaa ilmaan oromo tokkumaaaa

  • @user-co5wt8so2s
    @user-co5wt8so2s Před rokem +1

    Ahiye hace ko seena ke hin dagannu

  • @yonasteshome-3831
    @yonasteshome-3831 Před 9 měsíci

    Wayyoo hacee koo maal goonu guggubannee😭😭😭😭

  • @user-tr5pm1px7z
    @user-tr5pm1px7z Před 5 měsíci

    This absolutely from genius. it encompasses nation history as well as individuals like me who wastes his time.❤😢

  • @alioroba7547
    @alioroba7547 Před 2 lety +3

    Love it💯💯💯

  • @user-ti4wf4yl9z
    @user-ti4wf4yl9z Před 3 lety

    hacee koo maluma tana hacaluu uuuuuuuu gotaa dhabee qaroo dhabee uuuuuuufffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @firehiwotworku4556
    @firehiwotworku4556 Před rokem

    Sayi koo hacc😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @urjiioro8110
    @urjiioro8110 Před 3 lety

    Hacee koddee koo biyyeen sit haa salaphatuu dhiigaa koo💘💘💘💘💘💘

  • @besaasder7707
    @besaasder7707 Před 3 lety

    Haccee kenaa saretuu sii nyatee siyasafii jedhe yaa gotaa yomii sii irrafanuu uuuuuuuuuuuuuu gubanee atii takka dutee hacee kenaa

  • @chaltufayisa1400
    @chaltufayisa1400 Před 3 lety

    Maalo haacee biyyoon sitii haa salphatu😭😭😭😭😭😭😭😭💯💯💯💯

  • @user-lh7ww7on5y
    @user-lh7ww7on5y Před 5 měsíci

    hace koo yero hunda senan sii yadata 😭😭😭😭

  • @Tokofa
    @Tokofa Před 3 lety +2

    Hachalu

  • @adupicture4796
    @adupicture4796 Před 2 lety

    Legend hachalu ❤️💚❤️

  • @user-nq3uv9ds3e
    @user-nq3uv9ds3e Před 11 měsíci

    Hachalu hero man

  • @umuashiim1447
    @umuashiim1447 Před 3 lety

    Abbako mal sifta'uga 😢 sidhabnere Acekoo ?😭😭😭❣

  • @user-ck9km1xt2
    @user-ck9km1xt2 Před 9 měsíci +1

    Oromoo ❤️ 💚 ❤️ Takoma 😢😢😢😢Takoma Oromoo ❤🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹

  • @user-ti4wf4yl9z
    @user-ti4wf4yl9z Před 3 lety

    Tokkummaa jabessaa yaa Oromo koo

  • @diribeterefe5119
    @diribeterefe5119 Před 3 lety

    Hacee koo osoo ba'aa ta'ee sirraan fuudha bakka deebi hin taane deemte godaannisa na keessatti horte jaalala saba nabarsiiste Oromoof qaalii ta'u kee gochaan nu agarsiiste nutis nijiraan quba keenya nyaacha waaqayyon lubbuu keef janna nuuf haa kennu 💔😢

  • @ethiopia6230
    @ethiopia6230 Před 2 lety +4

    🇪🇹ETHIOPIA

  • @dachehabib9333
    @dachehabib9333 Před 2 lety

    Atii hin dunee hacee laaphee tenyaa kesaa jirtaa nagayaan boqoo dhuu lubuu koo Wayoo hacee yee esaa jirtaa hacee

  • @faniandsif3401
    @faniandsif3401 Před 3 lety

    HACEE onne sibillaa annaaaannnnn uuuuufffff koo garaan ammanuu hin dandenyee ammayu Duhaa kee 😢😢😢😢😢😢

  • @chalamenu
    @chalamenu Před 3 lety +2

    Ilma Abbaa Gadaa, Ilma Oromoo, Ilma Sabaa!! Eessa si barbaannuree??

  • @besaasder7707
    @besaasder7707 Před 3 lety

    Yaa oromoo jabadhaa dhugaa gototaa kenaa haa bafanuu hacceen nufii woregame

  • @dursatrucking6732
    @dursatrucking6732 Před 5 měsíci

    Ahhh nama tola Hedu

  • @MukamilSultan-nu2cj
    @MukamilSultan-nu2cj Před 5 dny

    Seenaan yoomuu sin dagatu hacee

  • @user-rp6lq8ul5v
    @user-rp6lq8ul5v Před 2 lety

    Yaa oromo ofii tazabaa osoo naman isinii hin tazabin

  • @Mahammed_
    @Mahammed_ Před 2 lety

    WE LOVE YOU HACCEE

  • @SaraSara-nv7vb
    @SaraSara-nv7vb Před 3 lety +1

    Chcee koo 😭😭❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭

  • @Seenuu34
    @Seenuu34 Před rokem

    Hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔

  • @genazbsesay47
    @genazbsesay47 Před 3 lety

    Hacceeeeeeee.koooooo

  • @yaaraabbiinuubilisoomsii9748

    Tookkuumaaaa
    Tookkuuumaaa haacee koo😭😭😭😭

  • @henokdemisse5038
    @henokdemisse5038 Před rokem

    The legend

  • @muluunagaash5051
    @muluunagaash5051 Před 3 lety

    😭😭😭😭😭Aaa hacee koo wayooo

  • @martamiki
    @martamiki Před 9 měsíci

    Rest in peace forever 😥😥😥

  • @oromoarsiitayaa6801
    @oromoarsiitayaa6801 Před 3 lety

    Ayii jiruu maal maallisaa 😭😭😭

  • @maskiiiluuu7837
    @maskiiiluuu7837 Před rokem

    Barattu darbuu did eee uufff dhugaa yaa hacee koo

  • @ZerihunSolomon-ei7jd
    @ZerihunSolomon-ei7jd Před 5 měsíci

    Sirbaa kanan bojji'aame jira maal naf wayyaa sabaa koo

  • @user-kj6jh9gu9r
    @user-kj6jh9gu9r Před rokem

    Tokkummaaa🤝🤝🤝🤝💔💔💔

  • @yeabtsegaadeladaye1010
    @yeabtsegaadeladaye1010 Před 7 měsíci

    ❤😢

  • @Techno4S
    @Techno4S Před 2 lety +1

    Rest in peace forever 😭

  • @FatimaFatima-nm3vw
    @FatimaFatima-nm3vw Před 7 měsíci

    hacee koo 😢😢😢

  • @laroubamed4345
    @laroubamed4345 Před rokem

    Wayo gota oromoo

  • @feruzjima3625
    @feruzjima3625 Před 3 lety

    Ayiiiiiiiii haceekoo😭😭😭😭😭😭

  • @user-ss9im7ur3v
    @user-ss9im7ur3v Před 11 měsíci

    nan baasa guma kee hin taa'u gubbadhe rabbiti kakadhe hace koo aaaaah😭😭😭

  • @hitechhitech7697
    @hitechhitech7697 Před 3 lety

    Dhugaa ketii hacee

  • @maskiiiluuu7837
    @maskiiiluuu7837 Před rokem

    Jedhe tu welillsee wallisaa allii biraa

  • @fikeg.3509
    @fikeg.3509 Před 3 lety

    Amanuun dadhabeem hacee

  • @raggaasaaaadam9041
    @raggaasaaaadam9041 Před 3 lety

    Hacee goota koo sidhabne gaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @sofiyaare7637
    @sofiyaare7637 Před 3 lety

    Hacee koo yoon sagalee kee dhagahuu du.aa kee hin amanuu tiruu koo imimanii naf hin dhabatuu
    Ijii koo haa batuu ani biyoo haa nyadhuu hadhoo koo biyoon galbaa siti haa tatuu garan na gubatee hadhoo koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @oromiyaabiyaako9356
    @oromiyaabiyaako9356 Před 2 lety

    😭😭😭😭haceeeeeeeeeee

  • @tolearaseh3383
    @tolearaseh3383 Před 3 lety

    Haceee koo uuuuuffuu

  • @abdiitube1592
    @abdiitube1592 Před 3 lety

    Dhamsa hacee koo

  • @milkygadisa127
    @milkygadisa127 Před 2 lety

    Harki harka lolu

  • @sabriiusmaan5699
    @sabriiusmaan5699 Před 3 lety

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sifanwaalaga8328
    @sifanwaalaga8328 Před 3 lety

    😭😭😭😭😭Acee

  • @maskiiiluuu7837
    @maskiiiluuu7837 Před rokem

    Fardatuu garbatuu dide

  • @kuubedafare1134
    @kuubedafare1134 Před 2 lety

    Hacee 😭😭😭😭

  • @siwodgeta5443
    @siwodgeta5443 Před 3 lety

    Baratu darbuu dide

  • @TSAGA_TUBE
    @TSAGA_TUBE Před rokem +2

    ❤💚❤

  • @qwepou5307
    @qwepou5307 Před rokem

    😭😭😭😭

  • @asmaadurazq5821
    @asmaadurazq5821 Před 3 lety

    haacee koo kot😭😭😭😭😭🦾🐅💯👈

  • @user-ti4wf4yl9z
    @user-ti4wf4yl9z Před 3 lety

    Dhamaa gotaa kee nyaa

  • @mekdesasefa1757
    @mekdesasefa1757 Před rokem

    Hachu ko😭😭😭😭

  • @walloyyee9623
    @walloyyee9623 Před 2 lety

    😭😭😭😭😭❤️💚❤️