ዝም ብሎ አይደለም ጌታ ያስነሳ በእውነት ነቢይ ነህ በዚህ ዘመን በሐሰት የምተነብዩ ነቢያቶች ሰለሞሉ ምንም አያውቅም ብሎ ነው ነቢይ መሰረት ሐሰተኛ ነቢይ አይደለም ጌታ ነው ቀብተው ያስነሳው ክብር ለኢየሱስ ይሁን ነቢይ መሰረት ዘመን ይባረክ🙏🙏
Maloo Rajiin guyaa tokkoo ijolee biyaa anbaa jiruuf waraa kushinaa keessaa hojetaniif kadhaana uttu nuuf godhaan akkam gariidha😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Maqaa Goftaatiin Nama Waaqayyoo Goftaan Amaas Ija keessaan haa banu kanumaa Caalaatti!!😭
It's sad ppl just lie about anything ths days, even in the church. You are truly blessed man of God, it's always a joy watching your sermon. ❤
ዋው ጌታ ስሙ ይባረክ እውነት የሚገልጥልህ መንፈስ ቅዱስ አሁንም ይገለጥብህ አሁንም በእጥፍ ተባረክ እውነትን የሚገልጥ ጌታ ነው ።
ባንተ ዉስጥ የሚሰራዉ የእዉነት ጌታ እኔንም በዚህ የእዉነት መንፈስ ያግኘኝ።🙏🙏🙏
Waqayoo dachaa ijaa afuraa sinitii haa banuu amalee namaa waqayoo ebifamaa❤❤❤❤❤💖
i wish there is Amahric or english subtitle so we could understand more but i know that the real spirit of God working in this place ...praise God
Yaa hojii nama keenyaa
Rajjii ayyaannii waqaayyoo abbaa ammaayu dachaa isiinif haa bayaatu obsa isiinif haa keennuu nami namaf hin galluu hojiin isaa
Rajii masiiiiiiiiiiii kanuumaa calaa Ijii kesani haa Banamuu wawoooooooo Afurii qulquluunii Isiniraa haa bufatuu 🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🙏🙏🙏🙏🙏🙏😘😘😘😘😘😘😘❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️💯💯💯💯💯💯💯☑️☑️☑️☑️
Bayee namaa dhibba dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
እውነት ለመጀመሪያ ጌዜ ይሄን ፕሮግራም ሳይ ጌታን ከሁን በኃላ እከተላለው ጌታ በጣም ነው የሚሰራብህ ጌታ ከዚ በላይ ይባርክህ አይንህንም ከዚ በላይ ይክፈተው የአባቴ ልጅ እወድሃለው
አሜን አሜን አሜን አሜን ሰማይ አምላክ ፀጋ ይብዛ ተባረክ ተባረክ አሜን አሜን
Amas Waqayyon IJAA keessan kanaa calaa isinif haa Banu uuuuuuuffff ❤️ Eebbifama waqayyon sinaa ebisuu 💖
Hirreen Waaqayyoo inni sirra jiru haa kabajamu
Ija waqayyoo dhokattaa argaa ulfaadhuu gooftaa thank you jesus 🙏🙏🙏♥️♥️🇱🇧
Waaqayyo isiin Haa ebbisu namaa Waqaayyo 🙏🙏
Namii kenyaa Ebba Mitti Abaarsa Ofii tii Soban abaarsa Ofii tii fidaa 🙇♂️🙇♂️🙇♀️🙇♀️
Waqayyoo sinaa Eebbisuu Eebbifamaa Dachaa dachaan dabalee dabalee waqayyoo Aayyanaa saa Sinifi yaa Bayyisuu ❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲
Raajii Maassoo kanuma caala gooftaan ammalee ijaa Afuura keessan haa banuu ebbifama ebbifamaa dachaan maqumaa Yesusini umrii dheeraa nuuf jiraadha 😍❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Ebbifama raajii masii Nama waqayyo Ammas goofta jesus chirsitos Ayyaana isa caaluu isiniif ha dabalu garbicha waqayyo 💓😭😭😭
Waqayyo Araara keetin nu ilaali goofta 😭😭🙏🙏🙏nama shawwaduuf yaaluun ni danda,ama Garuu waqayyo Hin shawwadamu 😭🙏🙏
እየሱስ ያድናል ጌታ ይባርክህ ዘመን በእየሱስ ደም ይርዘም 🙏🙏🙏🙏
Nama waqayoo amayyuuu iji kessan wan dinqi ha arguu❤❤❤❤❤❤❤
Wowowow wow 💕💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟 raji masiii goftan bara fi jirenya keesan guda godhe ha ebbisuuuuu ebbifama
Waqayyo kanuman caalati ija Afura keessab waqayyo sini haa banu goftan iyesusi kiristos nama waqayyoo Ebifama Ebifama Ebifama Ebifama dacha dacha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏
Amazing, iji banamaan waan hubachuuf nama dhibullee salphaamatti arga kunoo dachaa eebbifami
God blessed you prophet masart 🙏🙏🙏🙏
Namaa waqaayoo namaa dibamaa nama waqayoo dibee biyyaa kenyaaf latee ❣waqayo kana calaa ijaa kessan ha banuu🌹🙏🙏ayaani waqaayoo dachaa ta'e sif ha dabalamuu😥 bayeen si jaladhaaa nama dhugaa 💯❤
የእግዚአብሔር ሠው ዘመንህ ይባረክ ከአ አ ነው ምፅፈው ቃንቃ ባይገባኝም ግን ሰማለው ያተን ቻናል እባክህ ልጅ እቢብሎኛል የወር አበባዬ ቀረ እክምና ኤጄ እቁላል ጥራት የለውም አሉኝ እባክእ እርዳኝ
Rajii keenyaa waaqayyoo bara jirenyaa keessaanii hundumaa haa ebisu
Ebbifama ebbifama gooftaan baraafi jireenya keessan haa ebbisu
Waaqayyoo isin haa eebbisu nama waaqayyoo eebbifamaa kanumaan caala ayyaani waaqayyoo dachaan isinif haa baay'atu
Uuuuffff nama wqy goofta baraf jireenya keessa haa sin haa ebbisuu ebbifama ebbifama❤❤❤
Rajii keenyaa waqayoo kanuu maa calaa ijaa kesaan habbanuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuufee waaqayyoo baraa keesan jirenyaa haa ebisuu ebifamaa nama waaqayyoo kanuma Caalaa ijii keessaan kanuma Caalaa haa baanamuu 🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌
Walda harara yenyuu hatuus sobuus hiin danduu hija waqayotuun wajiin jiraa rajii masert humurii nuuf dheradhaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Eebbifama nama waaqayyo! Amma illee kana caala waaqayyo ijaa keessan haa banuu umurii nuuf dheeradha ❤❤
amen yesusii ufadhuu atii basaa hojataa 😢😢😢😢😢😢😢😢
Ayaani waqayyo gofitan isin haa ebisu ayyani gofita isinif haa baayatu ebifamaa ebifama ❤❤👏👏👏👏🙏👏👏🙏🙏🍇🍇
Wow waaqayyoo isin haa eebbisuu raajjii
Goftaan umurii kesaan haa dheresuu rajii isinii abba iyesaatii isaa sobee ergef araaraa ishefisii waqaayoo haa dhisuu waan kenitaanifimoo akkumaa harmeen kesaan jedhaan ebbaa hamilee fi nahasee haa ta'uu
Ebiffamii goofta sii ebiisuu
Waqayyoo dachaa dachaa isin haa ebisuu ebifaama waqayyo haa jajamuu ammayuu
Maqaan waqayyoo haa ebifamuu dhugaa gooftaan isiin haa Ebbisuu dhugaa 🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤💕💕💕💕💕💕💕
❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰 rajiiikooo atii umurii dheeraa nu jiraadhuu abbaa jalalakoo 🥰🥰🥰
Yaa Nama Waqayyoo guddaa sitti Gammadera Waqayyoo si haa eebbisu dachaa dachaa Ebbifami❤❤❤
Anyone please help where is this in Ethiopia?
Bayyee nama gadisisaa waqaayyoo garuu hararaa qabeessaa guyyaa firdii waqaayyoo garii gari basee bekaa 🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙇♀️🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Yaa namaa waqayyoo riibuu fi kalee qoree bekaa😢😢 namaa waqayyoo kanaa calaattii ayyanii isaa isiinif haa dabaluu 🙏🙏
Omg,god 's always right
በኢየሱስ ስም😭😭የሚገርም መገለጥ😍😍
Maloo yaa waaqayyoo arara nufi godhi dhugaa yoo dubani mali taa amma nama waaqayyoo sobani qoru 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Akkumaa waaldota kani see'enii waalda kana sobnisi hin jiruu
Dhugadhaa raaji kenyaa iji isaa ban'aa waani ta'efi😪😪😪
Dhugaa 10,000 kana itti hin keninaa hojjetee haa nyaatu malo akkumaa nutti biyyaa ormaati hojjene ofi jjijjiruu isheeni hojjete ofi jijjiruu hin dandesuu moo isheni gana da'imaa mii
Galani goftaa yaataa uuu waqayoo jalaa matuu dhokata amas bayyee jiraa kaansoban jirtaa jiruu goftaa ada nuuraa basiii🤲🤲🤲😭😭😭
Uuuuuuuuuffffffiiiiii jiirtaadha yesus abbakoo ati gudda guddadhaa kabajamii motti nagaa ulfadhuu yesus koo yaa isaa dhoksaa namaa mulftuu ebbiffamaaa
Eebbifamii. Name. Waqqaayo 🙏🙏🙏
Uuuuuuuffffffeeee ya sabaa koo goftani arara sinif ya godhuu sobani katani imoo ama 🤭😦 raaji masii goftani kanuma calaa ija kesani ya banuuu Ayani gofta sinif ya bayetu ❤💚❤🥰
Nama waaqayyoo eebbiifama gofatani.dacha dacha Dhani sii yaa ebbisuu❤❤❤❤❤❤
Ammayyuu Waaqayyo hubannaaf ogummaa kana caalu siniif haa kennuun jedha nama Waaqayyo raajjii Masaratiif,nama Waaqayyo ani baay'ee jaaladhu garaa guutuu, nama sagalichaa dubbiin qofa osoo hin taane hojiinis mul'isan Raajii Masarat .eebbiffama dachaa dachaa
Ammayyuu ayyaannii waaqayyoo dachaan isiniif haa baayyatu dhoksaa diinaa akkanatti diiganii baasuun waan guddaadha.
Wayyiii salphina wayyooo uuuuuuuu
Rajii bara kee ha eebbissuuuu !! Ammayyuu ijikeessan haa banamuu
Waqayoo sini haaebisuu ebifaama kaana caalaa saamuu baanamaa sinifii haakeenuu💖💖💖
Fulla waqqayyoo haa dhuftee offi walilite mit sif hin galee waqaayyoo keesa nama bekaa waqaayyoo isin haa ebbisuu
Nuuf jiraadha waaqayyo sinaa Eebbisuu 🙏🙏🙏
Waqayyoo dadabaalee sina ebisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa wawaqaayo nuu olchii waan akkan maqa yesusini salpina nuu baasii 🙏🙏
Amen amen ebifamii namaa waqayoo 😢😢
Isee hojiin Hafuuraa Qulqulluu akkam nama gammachiisa🙏🙏🙏🙏
Eyesus geta new tebarekuu
Nama waaqayyoo raajii #masarat wow nadhibe ogummaa waaqayyoo kenneef
Hafuura qulquluu qoruun tasumaa in tahaare goftaan koo ulfadhuu ❤❤🙏🙏
Ammeen ammmeen waqayoo waqa iraa Ayyana sifi habaysu
Namii yesusii wolnii jiruuu ilaa afurii qabaaa rajii mesartiii waqyoo sii wolni jiraaa
Yesus goftaadha 🙏💞
Ijii keessan kanumaa calaa haa banaamu nama waqaayyoo 💓
Ayyaanichi dachaa isiinf haa dabbalamu ebbifamaa 🙏💞💞💞💞💘
Ebbifamaa nama waaqayyoo kana calaati waaqayyoo daddabalee ijaa hafuura kessani haa banuu🙏🙏🙏🙏🙏
ጌታ የኢየሱስ ክብር ምስጋና ለታላቁ እግዚአብሔር ይሁን!!♥♥
Dhuguma kuni barumsa garidha 😢😢😢😢😢
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifaama nama waqayoo
Dhugadha Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeen ni argaraa waqayyoo
Amen amen amen tabareki amen ❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤wow wwwwwww gofitichi haebifamu ebifami nama waqayyoo ebi barabara Sera hicitin❤❤❤❤❤
Ayyaanaasa isinif haa baayisuu nama waaqayyoo❤️❤️
Waqayo jala wanti dhokkatuu hin jiruuuu ebbifama rajjii
Please explain with America language I love u man of God
Waqayyo beekadha
Nama waqayyo gooftan sin haa eebbisuu
Ammayyu iji keessan waan dhoksa haa arguuu nuf jiraadha
waaqayyoo bara keessan haa eebbisu
Nama waaqayyoo gooftaan guddaa isin haa eebbisu!!!!!!!gaarummaa kana ammalee isiniif haa dabalu!!!!!
Gooftaan kanumaa calaa ijaa Afurraa keessaanii haa banuu dhugaa 💘💘💘💘💘💘💘🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Thank you jesus 💕🙏
Wayii Yaa nama mana waqayotii sobii jedhee ergee gatis hin dhabuu waqaa ishii miti balesan 😭
WOOW Ajayiba....
Ija waqayoo gofata jala hin dhokatuu nama sobuu malee waqayoo hin sobanii
Ooo God Beles You
Subscribe to our You Tube channel and partake the blessings.
Share this videos to your friends and families. Hit the bell button and
follow our newly released videos. Thank you!
VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf,
Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
ይህንን ዮትዩብ subscribe በማድረግና የህንን ቪዲዮ ለወዳጅ ዘመደው በማጋራት የበረከቱ ተካፋይ ስለ ሆኑ፣
እናመሰግናለን! ሌሎች አዳዲስ ቪዲዮች በሚለቀቁበት ጊዜ ወዲያውኑ እንዲደርሰዎት፤ የደወል ምልክቷን ይጫኑ! ጌታ ይባርኮት
Waaqayyo isin haa ebisu amayuu iji kessan haa banamu ameen ameen darbaa deema ameen ameen ❤❤❤👏👏👏🙏🙏🙏🍇🍇🍇
አረ ለኡሉም ዬደረሰ ለኔም ይድረስ🙏🙏
Uuuuuuuuuuu ffffffffff Amee Amee Amee dhugaa nama waqaayyo rajichaa meseret eebbifam eebbifam ❣ 📖📖☝☝☝☝😭😭😭😭😭😭😭🙇♀️🙇♀️🙇♀️💯💯💯
Malo akamiti sii argachu dada 😢😢😢😭😭😭
Amen tebarekelegn