Miidiyaan odeeffannoo dhugaarratti hundaa’uun kabajaafi dantaa biyyaa eegsisuuf hojjechuu qabu.

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 9. 07. 2024
  • Miidiyaan biyya keessaa odeeffannoo dhugaarratti hundaa’uun kabajaafi dantaa biyyaa eegsisuuf hojjechuu qabu jedhan, Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad.
    Miidiyaa biyya keessaa dantaa biyyaaf hojjataniif Sagantaan beekamtii kennuu, Godaambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti geggeeffame.

Komentáře •