Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa’iimmanii Oromiyaa biqiltuu ashaaraa magariisaa gannaa eegalchiise.

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 9. 07. 2024
  • Dubartoonni akkuma dhaloota kunuunsuun sadarkaa guddaarraan gahaa jiranuutti, biqiltuuwwan sagantaa ashaaraa magariisaatiin dhaban kunuunsuun kaayyoo yaadameef akka oolan taasisuu qabu jedhan ,Hoggantuun Biiroo dhimma Dubartootaafi Daa’iimmanii Oromiyaa Aadde Mabraat Baacaa.
    Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa’iimmanii Oromiyaa dhaabbii biqiltuu sagantaa ashaaraa magariisaa gannaa bara 2016 magaalaa Hoolataatti eegalchiise.

Komentáře •