FiB: Kabbitoo -Diraamaa Kabbitoo Kutaa 1ffaa (Ep1)(Dec.06, 2020)Finfinnee

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 10. 09. 2024
  • Diraamaa - Kabbitoo guutuu isaa kunoo Caqasaa
    Kabbitoo Ep1-

Komentáře • 512

  • @seenaa87
    @seenaa87 Před 3 lety +9

    Kuni hundi isatuu Finfinnee fi ummata Oromootii ilataa jabadhuu😢

  • @amaanturii9666
    @amaanturii9666 Před 3 lety +17

    Oromon nannoo finfinnee jiruu akkasumaa
    Yoo tokkumaa keessaan hinjabefannee boru maqaan keessaanu baduu danda'aa

  • @hayatumri1213
    @hayatumri1213 Před 3 lety +10

    Kabbeto Itti Fufi……… baay'ee Natti tole😍💓💖💔👈 Tolfaas bo'ichas😢 Nama Boharsas.

  • @hawiitube3654
    @hawiitube3654 Před 3 lety +8

    Ummannii ommaa nammaa hin kofalchisuu.kolfafii sitin fakkatiin.dubbin
    Kolfan qabuu.barumsaa
    Finfine kennaa.samamee dhume
    yaa oromokoo

  • @kidanefikadu1092
    @kidanefikadu1092 Před 3 lety +6

    Dhugaa dha qa'een hin jiru. Lafti Maqaa Amaantan, misooman fi babal'ifaana dangaan uume jira. Kessattu kaaba fi baha finfinneen. Bravo FIB.

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      Kidiye maatii naf ta,i sanyi ko

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety

      @@alamitube1894 Kidiye dura maatii sii ta'e aniyyuu! Jabaadhu Alami intala Oromoo! atis maatii FIB TV ta'i dafii

  • @miresa7048
    @miresa7048 Před 3 lety +5

    Mucaa kana jabeessaa haa jabeessinuu!

  • @OromoProtests2014
    @OromoProtests2014 Před 3 lety +10

    Diraamichi baay'ee dansa! Akka tapha abbaa Jaamboo sani hawwataa akka ta'uuf, qorannoo irratti hundaa'ee haaluma kanaan rakkoo jiraattota naannoo Finfinnee akka dabarsu ergaa qaba. Jabaadhaa!
    95/100

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety +1

      czcams.com/video/PA2SAAZvjlA/video.html
      Kabbittiin qorannoo gabaabduu akka gaggeessee ture gaaffii fi deebii FIB irratti taasiseen dubbatee ture. Galatoomi @Rebuma Belete

    • @yaarabbiiamana6485
      @yaarabbiiamana6485 Před 2 lety

      dirama kabe

  • @naolabdiisa4021
    @naolabdiisa4021 Před 3 lety +2

    Sabaabiin garaan koo bohuuf yoo jiratee oromo naannoo tulumaa kaanafii. Dhugaa ilmaan tulumaa dararaa isiin agaartan kun hinumaa dabra. OPDOn isiin gurguurattee harras lafa dhitti

    • @qalloowarratuulamaashaggar1477
      @qalloowarratuulamaashaggar1477 Před 3 lety

      Dhugaa keeti osoo OPDO badde Oromoo Tuulamaa mitii Oromiyaa guutuun ni bilisomti ture garuu maal gonu kan ani oromoo jedhetu oromoo nyaacha jira😥😥

  • @oromiyaahaacaaluu4537
    @oromiyaahaacaaluu4537 Před 3 lety +3

    Baga nagaan dhuftan ijollee oromoo seennaa dhugaa ergaa bareeda of keessaa qabudha jabbadha isin waalin jiraa

  • @derejebogale9487
    @derejebogale9487 Před 3 lety

    Dhugaadhuma lafa jiru Dhugaadhuma Nama aarttiti jabaadhu namati tola

  • @lattuoromiyaatube2467
    @lattuoromiyaatube2467 Před 3 lety +13

    Bagaa nagaan nuuf dhuftan 💔💚💔
    Dhugaa ergaa guddaa qaba diraman kun 😭😢❤️ itti nuuf fufa jajjabeewaan kiyyaa isin jaallana♥️💚♥️

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety +1

      Lookee sanyii ko maatii naf ta,i

    • @lattuoromiyaatube2467
      @lattuoromiyaatube2467 Před 3 lety +1

      @@alamitube1894 hayyee siif taheera bareedduu koo

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      @@lattuoromiyaatube2467 video dawadhu baredu ko

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety +1

      Tole Kabbittiin ittuma fufa. Galatoomi. Subscribe gooteere?

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      @@nemomsaadmasu9249 eyyeni ka duranu nan beeka kabbiti 💐💐👌👌

  • @MurtiEntertainment
    @MurtiEntertainment Před 3 lety +7

    This is another level omg 😱 ilove it oromo filmmakers to the world 🌎

    • @seenessa5758
      @seenessa5758 Před 2 lety +1

      Maatii naaf ta'i sanyiiko💗💗💗💗💗💗

  • @kiyaadamissie7333
    @kiyaadamissie7333 Před 3 lety +2

    Kabbekoo I love you ❤️
    Jabaadhuu jabaakoo taatoon kabbee tuni bakka guddaa gessii jedheen abdadhaa
    Oromokoo Wal jajabeessaa

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      Kiyyuu ko maatii naf ta,i video ko dawadhu

  • @etenshdabawajira5427
    @etenshdabawajira5427 Před 3 lety +2

    Bayyee bayyee waan heedduu nama barsiissaa waan ummaani oromoo keessaa jirudha

  • @morkmedia6919
    @morkmedia6919 Před 2 lety +1

    Maloo kabbitoo nu deebisaa dhugaafi badhaanaan isaa birati hafe

  • @SBABabba
    @SBABabba Před 3 lety +13

    wow kabee bayee bareda itifufa

    • @samueldereje4039
      @samueldereje4039 Před 3 lety +2

      Maatii naaf tahaa

    • @getutech4890
      @getutech4890 Před 3 lety +2

      Tapha gaariidha ergaasabaaf qaba!! itti fufi jabadbu.

    • @samueldereje4039
      @samueldereje4039 Před 3 lety +1

      @@getutech4890 asumaa piroifaayilii kiyya gad. Tuquun maatii naaf tahi

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 Před 3 lety

      @Blaze Azariah mati nafi taii malloo sanyi ko qali 😍

    • @monetijalala6104
      @monetijalala6104 Před 3 lety

      @@samueldereje4039 mati nafi taii malloo sanyi ko qali 😍

  • @summayyaoromoo7618
    @summayyaoromoo7618 Před 3 lety +5

    Nama sirriti xinxaleef ergaa guddaa qaba bilxiginaa osoo toltee kuraniiyuu obbasani gura hin seenuu maali goons😭

  • @skatboranaa4591
    @skatboranaa4591 Před 3 lety +5

    Kabitoo baay'een sii jaladhaa jabadhuu ittii fufii rabbii sii wajjin ha ta'uu👍👍👍👍😍

  • @anuoromtittii7633
    @anuoromtittii7633 Před 3 lety +3

    This truth about our oromo's we need our land💔😭😭💔😭😭😭oromia will be free 💔😭

  • @misramohammed4614
    @misramohammed4614 Před 3 lety

    Diraaman kuni qosaa fakataa Malee dhugaa Rabbii Seenaa dhugaatii Wanumaa oromon kessa jiruu
    fi kessaa darbee
    Kanafuuu Warii dirama kana lalitaa Ergaa hin qabuu Guddaa Seraan Lalaa

  • @samesame1163
    @samesame1163 Před 3 lety +4

    Kabeee 👌👌👌👌👌👌👌jabadhu bayyee bareda

  • @bosonacilaalo4252
    @bosonacilaalo4252 Před 3 lety +3

    KABBITOO! Heddu galtoomi seena dhuga ilmaan oromoo qe'e buqqise iratti nuuf hojjete.
    Ittifufii!

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety +1

      Ayantu ko maatii naf ta,i sanyi ko

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety +1

      @Ayantu Jeo Gerbi galatoomi. Maatii FIB ta'ii jajjabeessi

    • @bosonacilaalo4252
      @bosonacilaalo4252 Před 3 lety +1

      @@alamitube1894 Alamii hojiin kee maali?

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety

      @@bosonacilaalo4252 ntaata adda adda hojadha akkasuma gorsa video dawadhu

  • @seenaashawwaa5233
    @seenaashawwaa5233 Před 3 lety +4

    Bagaa nagaan dhuftee kabitoo dhugaa bayyee namatii tolaa qophiin kee jabadhuu❤❤❤💪💪💪💪💪

  • @fayolove9967
    @fayolove9967 Před 3 lety +5

    kabbeeeeeeeeeee kabbiittiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii

    • @donarayan3509
      @donarayan3509 Před 3 lety

      K
      0L,
      ,,, دددa00000
      aذ0جدكددكممجدa..
      ! 0 ديما حجازي دجاج ديما حجاوي 0
      0,laßlpl,
      Km okmplpmjakmkmkaojcn,u1sd oksm0kmnkmnupllqq
      M

  • @dararabedasa7929
    @dararabedasa7929 Před 3 lety +5

    Baayyee nama gadisiisa dhimmi Oromoo Tuulama kun

  • @ummuabdallahkajeelatuujann5884

    Aaaaaah😭😭😭😭 namaa qalbidhan gadii ilalefaa ergaa gudaa ufa keesaa qaba

  • @abditube-1
    @abditube-1 Před 3 lety +41

    Kolfa miti oromo ko kun ergaa guddaa qaba😭

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 Před 3 lety +1

      Abdi maatii naf ta,i sanyi ko

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety +1

      Galatoomi! Subscribe godhaa miidiyaa keessan jajjabeessaa!

    • @gutuabeya5378
      @gutuabeya5378 Před 3 lety

      @@nemomsaadmasu9249 Keenya baayyee si jaallana FIB TV kan Oromooti itti nuuf jabaadha. FIB is the Sound of oppressed Oromo's farmer and the whole Oromo.

    • @samittimture2706
      @samittimture2706 Před 3 lety

      @@nemomsaadmasu9249 p

  • @dibboraamucaawalisooshawaa9736

    Kunii senaa Oromootti ergaa guddaa qabaa jabaadhaa 😭😭😭😭😢😢😢

  • @saboontuintalashawaa5358
    @saboontuintalashawaa5358 Před 3 lety +19

    Erga baay'ee of-kessa qaba ✅💪💪💪💪kabbetoo iti fufii ❤💚❤

    • @seenessa5758
      @seenessa5758 Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i sanyiiko💗💗💗💗💗💗

    • @bizuutube6556
      @bizuutube6556 Před 2 lety

      Sabbontuu kottu maati naaf ta'i mee koode

  • @shiferawgetachew1118
    @shiferawgetachew1118 Před 3 lety +6

    Seenaan kun baayyee na boochise. Baayyyeeee lapheee namaa cabsa

  • @tizitayeemareyamlijii4720

    Wow malo nuf jirsdha bayee nama kolfisistu jiradhaa umrii 100🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @calitutube9524
    @calitutube9524 Před 3 lety +2

    Wwwwwwoooo Baayee Gaaridhaa Sanyi Wani koo Jaabadha Dhugaa Baayee Nama gaaddisisa hojin keessani barinota Qaba

  • @abdiiabdiisaa4864
    @abdiiabdiisaa4864 Před 3 lety

    Ayiii Ya gulalee ya biyaa Macaa fi tulamaa hadhuraa koo Qe .e Abaa koo

  • @eleniseboka5857
    @eleniseboka5857 Před 3 lety +1

    Dhuga dubachuf jecha hin qabu kun wan lafara jiru umata tulama jirufjirenyati kabeti 🙏 ulfadhu

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety

      Artiin jireenya dhugaa ummataa akkanatti hima! hojii Kabbittii yoo jaalatte Subscribe godhii yeroo hunda FIB hordofi

  • @boontuuwallaggaa7698
    @boontuuwallaggaa7698 Před 3 lety +7

    Wwowowow baay'ee namatti tolaa jabaadha lammii koo

  • @samioro3038
    @samioro3038 Před 3 lety +1

    Kabbiyye jabadhu jalannerra

  • @tolatuberoba1587
    @tolatuberoba1587 Před 3 lety +1

    Goonnii gara hedduun JALALAA biyyaa isaaf qabu ibsata jabaadhu kabee..

  • @zeritukebebe7765
    @zeritukebebe7765 Před 3 lety +1

    Dhugaa bay'ee na bochise maalif yoo jetaan oromoon laafa issa sammaamu fi hiyyuumaan jirachuu isaattii

  • @berissokebede3198
    @berissokebede3198 Před 3 lety +5

    Good education for the state how farmers suffered

    • @seenessa5758
      @seenessa5758 Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i sanyiiko💗💗💗💗💗💗

  • @masaretcity5093
    @masaretcity5093 Před 3 lety

    Kaabitoo baayee sii jaalaanaa
    Maaloo jajaabeessaanii Umaataa Oromoo

  • @sisaygizadebela9299
    @sisaygizadebela9299 Před 3 lety +1

    Seenaan kuni 100% seenaa dhugaati.

  • @urjiiabdii6779
    @urjiiabdii6779 Před 3 lety +2

    Senaa dhugatii oromoo koo

  • @waliinentertainment
    @waliinentertainment Před 3 lety +1

    wawawawawwawawawawawaw kabbitoo baga naagaan dhuftan sijaallannaa

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety

      @Waliin Entertainment kun Seenaa miidiyaa Oromoo keessatti Sit-Com isa jalqabaati. yaada nuuf kenniteef ulfaadhu. Subscribe godhi

  • @olikoo6280
    @olikoo6280 Před 3 lety +1

    Ergaa onnee nama cabsu qaba waan oromoo irraattii tahaa ture fi tahaa jiru

  • @amaneetakkaamanee2408
    @amaneetakkaamanee2408 Před 2 lety

    Mucaa rabbin ummrii Kee haa dheereesuu budota itophiya siraa qabee

  • @amanobatolechaso
    @amanobatolechaso Před 3 lety +1

    Jabaadhaa! akkanumatti qaxaleewwan qaqqaalii ijoollee teenna ifa nuu baasaa.

  • @naolgetachew7111
    @naolgetachew7111 Před 3 lety +1

    Sagalee kolfaa jalaan dhagahamu sana utuu hafee gaarii ture.

  • @abaharme1875
    @abaharme1875 Před 3 lety +11

    Subscribe godhuu dhiisuun dodhumaa dha jarana like, fi subscribe godhaa aniin hardhaa argee. Aadaa oromoo naanno biraa lee barataa jiraa jabaadha.

  • @AsAs-uf1zt
    @AsAs-uf1zt Před 3 lety +3

    jabaa dha Erga itti fufee💝💝💝💝💝💝💝💝

  • @Birile
    @Birile Před 3 lety +1

    Amma yaa kabbee kabbittii

  • @boriifchannel7184
    @boriifchannel7184 Před 3 lety

    Ergaa guddaa qabaa umataa oromoottif finfinnedhaa jabadhuu jabaa koo kabbeee

  • @worshiptime3627
    @worshiptime3627 Před 3 lety +1

    Rabbi warra fib umurii isiniif ha kennu reefuu waan gaarii jalqabdani nuti silayyuu kana barbaanna

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety

      @Lataa Tube ulfaadhu! atillee Subscribe godhii kanneen biroos hordofi

  • @shawayeararsa9443
    @shawayeararsa9443 Před 3 lety +2

    Kabbe kabbituu jabaadhu.

  • @burtukansefu3475
    @burtukansefu3475 Před 3 lety +1

    Baga naga dhufatanii kabbitoo koo bayy,ee nati tolee ♥️♥️♥️💋♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💋♥️♥️♥️ leecaa koo jabadhuu

  • @atinafijambo6469
    @atinafijambo6469 Před 3 lety +4

    hhhhhhh ayi kabbee taphni keessan technolojiin yoo degaramu namatti tola kana caalaa fooyyessuu yaala haadhoowwan koo. Garuu Baaddiyyumaa keessan hin dagatiina hadaraa

  • @hawabonaa
    @hawabonaa Před 3 lety

    This is truthfully what the most sounding our history oh my God men maloo Kebadda Kebittoo kofflaan nu fittee .

  • @mjamaalabbafiixaamaannaa4834

    Ayi caarra Oromoo 😭gidiraa kessa jiraam

    • @Huwaei-qt1mi
      @Huwaei-qt1mi Před 3 lety

      Kana caalaa sii irraa egnaa jajaabadhuu sanyii koo

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety

      @Mohammed Jamal akkanatti hin hafu! Artiin waan ummanni gumgumu baasee mul'isa! Subscribe gochuu hin dagatiin

  • @seenaataddasaa6390
    @seenaataddasaa6390 Před 3 lety

    Ergaa guuddaa qaba diramaan kun jabadhaa Oromoo koo

  • @jzeewaqjj2501
    @jzeewaqjj2501 Před 3 lety +1

    Dhugaa Egaa guuda qaba nu jabbadha

  • @fandisheemusxafaaadam7227

    Dhugaa nama sirritti xiinxaleef dhaamsa guddaa of kessaa qaba😭😭😭😭😭

  • @AliAhmed-rs1kb
    @AliAhmed-rs1kb Před 2 lety

    Kabadaa Akka diramaati hinlaalinaa dhugadhaa Kabadaa numaa jiraa

  • @maccaofficial6823
    @maccaofficial6823 Před 3 lety +3

    draama kun baayyee natti toleera dhugaa ummataa koo kessa jiruudha kan bifa kanan dhiyaate maalumaafu guyyaan jira

  • @fiqademokonon5517
    @fiqademokonon5517 Před 3 lety

    Umrii deraa sifii hawaa kabbe koo jirdhuu dhugaa Abbaa kiyyaa Natii faktaa 🤣💯💯💯

  • @shukarabdallahii3156
    @shukarabdallahii3156 Před 3 lety +2

    Bagaa nagayaan dhuftaan

  • @tejitugutema1394
    @tejitugutema1394 Před 3 lety

    Wayyooo kunii kolifaa mitii seenaa dhugatii

  • @Happy-tp4my
    @Happy-tp4my Před 3 lety +1

    kabeni FIB nis jabaadha!! ergaa jabaadha. kan deemte gaafachaa kanuma hafterattille abbummaa cimsuu wayya.

  • @samiahussein3458
    @samiahussein3458 Před 3 lety +11

    😭😭😭😭😭😭😭 that is funny and real victims story 🇪🇹

    • @nemomsaadmasu9249
      @nemomsaadmasu9249 Před 3 lety

      We serve from the bottom of our heart! Subscribe for better service!

    • @seenessa5758
      @seenessa5758 Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i sanyiiko💗💗💗💗💗💗

    • @bizuutube6556
      @bizuutube6556 Před 2 lety

      @@seenessa5758 kottu mati naaf ta'i

  • @saboontuintalashawaa5358
    @saboontuintalashawaa5358 Před 3 lety +4

    Jabbadhu 💪💪💪kabbetoo dhugaa erga baay'ee namati tola. Itti fufii ❤💚❤👍✅

    • @seenessa5758
      @seenessa5758 Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i sanyiiko💗💗💗💗💗💗

  • @kiyakiya5004
    @kiyakiya5004 Před 3 lety +4

    abbaa qe'ee taateka ati amma dhugaa keeti kabbee 😭😭😭😭😭😭

    • @seenessa5758
      @seenessa5758 Před 2 lety

      Maatii naaf ta'i sanyiiko💗💗💗💗💗💗

  • @bareeduushawwakaba8058
    @bareeduushawwakaba8058 Před 3 lety +2

    Kabiti koo

  • @laataasafa3750
    @laataasafa3750 Před 3 lety +1

    Kaabbe Koo baayyen sii yadee bagaa nagaan dhufte

  • @getebirhanu2655
    @getebirhanu2655 Před 3 lety +1

    Bagaa nagaan dhuftee kobee koo

  • @sham55bontuu31
    @sham55bontuu31 Před 3 lety

    Baay'ee nama tola kabiboota koo yeroo jalqabatif diraama kee nati tole ilaala jiraa itti fufii 😍😍 yaa biyyaa tiyya oromiya osoo ati hin bilisuminin rabbii na ajjeesanin 😭😭

  • @addisaddis1440
    @addisaddis1440 Před 3 lety +3

    Kabee bagaa nagaan dhufttee

  • @ShananGadaa403
    @ShananGadaa403 Před 3 lety +2

    Itti fufaa ... Aartiin waan dhokate baasa.
    ergaa Guddaa qaba nama hubateef.!!

  • @adugnateferra5461
    @adugnateferra5461 Před 3 lety +4

    maal jirra yoo jireenyaaf kunoo jirra, garuu qoosaa caala ergaan isaa guddaadha!!

  • @moyibonjifar1592
    @moyibonjifar1592 Před 3 lety

    jabaadhu hojii boonsaa hojjechaa jirta qaamni dhimmi ilaallatu hunduu gama danda'uun tumsa barbaachisu gochuu qaba.

  • @fikirumosisa3438
    @fikirumosisa3438 Před 3 lety +1

    Bayee garidha jabadhu

  • @jiraajesusnaaf1559
    @jiraajesusnaaf1559 Před 3 lety

    baayyee namatii tolaa jabadhaa

  • @damekasa3979
    @damekasa3979 Před 3 lety +6

    Amma yaa kabbee kabbittii
    Eechuma dhaqee kee laftii

  • @taddeeafework6552
    @taddeeafework6552 Před 3 lety

    jabadhuu kabbitoo bayye namatti tola

  • @hundebakalcha3659
    @hundebakalcha3659 Před 3 lety +1

    Jabadha kan lafti jala fudhatamu tulama kan kondomineemi fudhatu Arsi fi Walagga

    • @asterkelbesa8577
      @asterkelbesa8577 Před 3 lety

      Badi ati immoo kan arsiif wallaggaa si gubee kan sabni biraa irraatti wal hore in arguu iji kee gadadeemtuu

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    Ergaa guddaa qaba jabadha itti fufaa

  • @abbahkhoshabi1470
    @abbahkhoshabi1470 Před 3 lety +1

    Woooooo gudaa nuf galtomee bayee tokkoo namatii tolaa ittin boharee dhugaa nuf jiradhaa jajabee waan koo.

  • @kelbessatufa4911
    @kelbessatufa4911 Před 3 lety

    hojii namaa boonsuu hojeecha jirtutti jabaadha itti nuuf fufaa...

  • @ayyemulatta2493
    @ayyemulatta2493 Před 2 lety

    Wo wo wo bayyee baayyee dasi nama jedha jabdha

  • @oromiiyajsh9571
    @oromiiyajsh9571 Před 3 lety +4

    Oromiiya 🇧🇾🇧🇾🇧🇾🇧🇾🇧🇾🏴󠁧󠁢󠁷󠁬󠁳󠁿💪💪💪💪😭😭😭😭😭❤❤❤💚💚💚❤❤❤👌

  • @bikila44
    @bikila44 Před 3 lety +5

    ...😧😧 ... Waan jajjabeefamuu bravo kabbitoo....itti fufi

  • @amiidonuura7486
    @amiidonuura7486 Před 3 lety +1

    Bayye dansaadha

  • @lensuu125
    @lensuu125 Před 3 lety +2

    Ergaa gudaa qabaa

  • @hannaataddasaa9320
    @hannaataddasaa9320 Před 3 lety +1

    Ergaa guddaa qaba jabadhaa oromoo koo

  • @biretube5899
    @biretube5899 Před 3 lety +1

    Bagaa nagaanii dhuftee kaabitoo

  • @gutuabdi534
    @gutuabdi534 Před 3 lety +1

    Jabadhu

  • @deretube7476
    @deretube7476 Před 3 lety

    bayye nama tola kabbada jabadhu

  • @garomsatemesgen9489
    @garomsatemesgen9489 Před 3 lety

    Qulqullina sagalee irratti fooyya'uu qaba.Wanti jedhamu salphaatti hin hubatamu.Yeroo waraabamu sirriitti itti yaadamuu qaba. Natti tole, kolfa duune, nama boossisa,...maal maal jechuun akkuma jirutti ta'ee artii oromoof sirriitti inni barbaachisu sirriitti dhiyeessuudha.

  • @hawi90s
    @hawi90s Před 3 lety +4

    Afaan qofaan walii hin jajabessina like fi subscribe godha isaaniif fayyidaa qaba .ammayaa kabee kabitoo.

  • @nejatsanyihacee9782
    @nejatsanyihacee9782 Před 3 lety +2

    Kabee. Kenyaa mica baredaa❤️❤️❤️

  • @haramayauniversity3889
    @haramayauniversity3889 Před 3 lety +1

    Kabbee

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406

    Baga nagan dhuftee kabbitoo kolfan nuu fixe ❤️❤️❤️🤣🤣🤣🤣

  • @rimasorotube208
    @rimasorotube208 Před 3 lety

    Qabamatee immooo qabamatee tuunii naatii tollaa❤barumasaa cimaa qabaa
    Warrii assii jalatii argamataan
    Matii naaf ta'a meeoromoo koo❤😍