Ifrah Mamile : Oboleti Hinaftu😂😂😂 | New dirama afaan oromoo
Vložit
- čas přidán 11. 12. 2020
- If you need camera work and filming for movies,events,short comedy clips the Rodee production is here...
For quality video and super editing contact..
Mr Abdi...
Email adress: Abdiibrahim2015@gmail.com
#NewDiramaAfaanOromoo #KIYATIYA #OboletiHinaftu
ifrah unanichekeshanga na nime ku miss pia
Obsee bayee nati tooltaa garuu hudaa keessanu niin jalaadha ❤❤❤❤❤🌹🌹💝💝💖
Hedduu isiin jallaadha dhugaa rabbii.hundaa keessanu ilove💘💘💘💘💘❤❤❤💚❤
😂😂😂kkkk dema re.e.tiksaa wallaahi hedduun kolfe🐐
Wwwooo jajabadhaa heduu namatii toltuu❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkk🤣🤣🤣🤣 kolfaan ilkaan nuuraa fiixaan baabaareeduu"waan teenyaa ittii fuufaa!~~~~~~~~😍😍🥰🥰🌹🌹🌹🌹❤❤💚💚❤❤💋💋💋💋💋💋💋💋💋🙏
♥️♥️♥️♥️🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏😘😘😘😘👰👰🤵🤵🤵🤵🤵🤵🤵🤵🤵👰👰👰👰👰👰
@samu Tube siif godhee jiraa wly Lubbuu too amma argee comanti tee❤💚❤⚘🌹⚘🙏
Uuuuuufffff 🤣🤣🤣🤣🤣👈👌 wayii gara koo namattii toltan bayyee jabaddha qommo koo
Uuuuuf kkkkk jabadhaa bayyee namattii toltuu dhugaa qaqaliwin kenyaa 👍👍😍😍🤣🤣🤣🤣
Waayo kolfaan na ajeesstan dhugaa 😂😂😂😂😂 jabadhaa hedduu namati tolaa hundii keessan itti fufaa............
ittifufuu qaba diraamaan maatiikuni jabaadhaa namatti toltuu
Baredukoo dhugaa bayye namati tolta jabadhu sabontu ontala boranaa
🤣🤣🤣🤣😁😁😁😁😁Uuuuuuyyyyiiii Bayee namatii toltuu dhugaa waqayyooo jabadhaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Hhh Dhugaa bay'ee kolfe na bashaanansistani galatooma akkanumati itti fufa isiin jaaladha😍🙏
Wowowo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰💚❤💚❤ bayyee namattii tolttuu
Diramaa ifraah fii faizan kessaa jiraan wowoowwo hedduu das ja aa wallah akkasuma ibsu fii obsee
Well come Ashama harkaafune ani hadhufu jedhee👍👍
Obse miskinaa 😂😂 ifrah Ati🙈😂😂😂😂
Wow masha allah jabadha diram aja'iba daleydan dhugaa
Dhumnee kolfan jabadhaa garuuu 🤣🤣
Ifrah ati yaaiin sirraa tolaa gizee kaanis akkuma diraamaa kanaatti yaaii goota moo
Kkk walaahii uuffee dhumnii isaa biyyaatii galluu namaa jibisisaa kkkk yaa afrah naf tatee har'aa 💪
One day i am going to he Oroma regions masha allah beutyful my origin Quran and Diinta
Waaan akan daansaaa MashaAllah..Fula ghalaa,,ree loon ufdur fikira suu keesuma
Barbadiana kee daawachaan jira malee derama hi daleyne ATI ifraah
Kkkkkkk baadiyaatti galuu sodaatanni obseefi ifiraan kkkkk jabadha sinnin jaaladha itti fufaa
Jabadhaa ifra fi obse 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 kolofaan naa fixaanaa
mashaa Allah hedun kofle kkk obse demne re.e tisin kkkk
Jabadhaa oromoo tiyaa 💚🥰💚🥰🥰🥰
My sister I love my people oromo
.pio
❣️❣️
@@danielajjan9259 needs Needs time time
Heddu takka namiti tolaa walahii waan akan kan hojedha
Ifra Eid Mubarak kullu Aam wantum biker
ifrah and her sister am new friend at Washington so i love your show am till laughing when cow and camel and goat I enjoy but you don't like it ,,,wow can't wait to come to Africa
Kkkkkkkk Maloo Garaa Naa dhukubee Dhugaa waqaa Kolfaan dhumnee
Hedduu nama tolatan dhugaa rabbi😍😍😍😂😂
Heddu namatitola parti lamaffa nuf hojadha heddu isin jaalanna keep going my sister's
Kkkkkkkk Wowwwwwwwwwwwooo jabadhaa lencaaaaaaawwaaaaani koo kkkkkkkk miskinaa obsee sitti hinafani 😂😂😂😂😂😂😂👍👍👍👍💪💪💪💪💝💚💝💔❣️
Wooow hedduu takka nama tola wlh iti fufan isinin jaha ilamn oromo i love❤️❤️❤️❤️
Kkkkkk wolahii diramani keessaa baay'ee tokoo naatii tolee jiraa jabadhaa ilmaani oromodhaa💔💔💔❤❤❤🖒🖒🖒
Wow dream kesan hedu namatii tolaa jabadha ittii fufaa 👍👍👍👍😜👌
Baye bareda😂😂😂😂❤❤❤
Maatii naatahi aniis Siif taha
Wowowo baay,ee namati tolaa jabadhaa itti Fufaa
Mashaalaa alaah bayyee namati tolaa obsudhaa fi obse isinile diramaa akanaa osoo dalagdani namati toltaa
Kkkkkk dema Re, ee tiksaka
ifraa hedduu namatti tolta wow hinnaaffa dhiisi garuu kkkk dhiira yoo dhabde keessan na dubbisi hhh
Uuuuuffffeeeeee kkkkkkkuuuuu dhugaa baay'ee namati tolaa jabadhaa itti fufaa maaloo🤣🤣🤣🤣💓💓💓💓💓💓
Woow dirama ajaiba ♥️😍😍💪
Woyyoo mucaa kannaa akumaa obbolleesaa kiyaa Tokkoo tahaa wolyii hin yadadhee hhhh🤣🤣🤣🤣😁😁😁😁😁😁😁😁
Masha Allah hedduu takka namatti toltan jabaadha itti fufa.
Jabaadhaa👍👌👏
Ifrah mamile jabaadhu haaluma kanaan itti fufi
Wawu hinaaffan aja'ibbatti sirra bareeda
Kkkkkkk Dramaan kessan namatii tolaa hedduu jabadhuu
😂😂😂an koflaan dueee😂😂😂
Wolayii kolfaan du'e yaa rabbii kiyyaa 😂😂😂😂😂😂😂🥰🥰🥰🥰🥰💘💘💘❤❤💔💔💔💔♥️♥️♥️♥️
Kkkkkkkkk aboo nuu fiixaan barana
Waallaahii Ana fi obboleetiko nattii faakkaatee
dhumartii kolfaan du,ee😂😂🤣🤣🤣🤭🤭🤭
Bayye nama kofalachisa Dhugaa
Kiya tiya taapinfeduu beikh Kkkkkkkkk
Addara gidumati hin badinaa bayyee baredaa Diramaa kessani
Wawawwww kkkkkkkkk kkkkkkkkk hojjii keesan kolofan muxux kkkkkkk 😄😄😄😄😄
As wr wb jiraa jirtuu ifrah Fb
Masha alaah
waaa .iiiiii hojiii kesan heduu takaa natii tolee jabadhaa kkkkk👍👍👍👈
Bayyee namatii tolaa❤❤❤
Ifrah mamile waaaaaaaaw
Subscribe naf goodhii
Wly baayee kolfee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰🥰
Bayee Namatii Tolla😂🥰🥰🥰
Sofiya jenu kotu matii naf tahi lubu anis sif taa 🙏🙏
M. a keep going
Dirama ajaiba😁
Kkkkkkkk kkkkkkkkkkkk woyii gara koo 😂😂😂😂😂😂😂
Waay ifrah hinftuu😁😁😁🤣🤣😍😍
Maa shaa Allah....
Baadiyyaa moo kkkkkkk kkkkk
Woooow Masha Allah heddu Na tolaa
Kkkkk ifraa kolfaan nuhi fixxe kaa
baayye das nama jedha jabaadhaa garuu barnota gaaridha
Akkaa jirtanin sin irraa bareedaa , jabadhaa lammii koo
Mashalahaa
Kkkkkkkkk yaa ibsaa hujii kee nyaadhu
Hhhhhhh baye namati toltu obse 😘😘😘😘😘
Mashaa,aalh❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kolfaan du'ee barana ijoollee qashiitiidhan
Aye akam ifrah Iam your brother.
Heddun isinirra barree jabadha
Ikkraam habiibitii
Hedduu namatti tolaa kanuma caala jabaadhuu
Måşhąą Ąłłąąh muxuxii jene yaa Allaah baraan kolfani 😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣💔💔💔
Banee hinafaa obolletii iratii jalatii 😳😳
Hhhhhhh 🤣🤣🤣🤣🤣🤣kolfaa mucuqi jabadhaa isi Wali jiraa
Kkkkkk aja'iba jabadha 🤣🤣🤣🤣
Woyyoo.uffataa dachaftaniii.deemuu.keessaaniii
Kkkkkkk heduu namatii tola jabadhaa
maloo itii fufaa Dirama kana 😂😂😂😂
Ifrah hinaaafatu 🤣🤣🤭🙉😅😅😂😂😂😂😂🤷❣️🥵
Kkkkkkkkkkkkkkkkkk woyii kolfii manaa madamitii naa basee
🤣🤣😁
Anaa dhuffuu qaqaaliwwaani keenyaa
Baayyee bareeda namatti tola😂😂😂
Garidha 😍😍🤩
Demnitumaa re'ee 🐐🐐🐐🐐kkkkkkkkkkkkkkkkk
Kkkkk Efra daas jataa wly obsi atilin