Qaaanqee Show:- 'Naqadheen durba fuudha!!' Obbo Eebbaa Lammii waliin Kutaa 2ffaa

Sdílet
Vložit
  • čas přidán 1. 03. 2024
  • Join this channel to get access to perks:
    / @qaanqeeshow
    Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
    #HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy
  • Zábava

Komentáře • 249

  • @hawwiimucaayawayidoo4156
    @hawwiimucaayawayidoo4156 Před 5 měsíci +15

    uuuuuffff abbaa hin qabuu osoo abbaa koo ta"aan dhugaa natii dhagahamee umrii dheeraa nuuf jiraadhaa😍😍😍
    Abbaa gingilaachaa galatomkii

  • @gemechueba55
    @gemechueba55 Před 5 měsíci +4

    Waaqayyoo si haa Eebbisu Habtee waan garii dalaguukeef.

  • @TheMotii158
    @TheMotii158 Před 5 měsíci +4

    He makes me feel so emotional 😭!! Ammal jedhee akka comment godhuu walaluu!! Long live my father!!

  • @gemechunacha5114
    @gemechunacha5114 Před 5 měsíci +3

    Uuuuuuuuf anaani abbaa koo
    Imimmaan qabachuun dadhabe
    Hir'ina abbaa turte namaaf galti😭😭😭😭
    Lubbuu nuuf dheeradhaa❤

  • @user-jx3qj8ju6w
    @user-jx3qj8ju6w Před 5 měsíci +2

    እደዚ አይነት መልካም አባቶች ያብዛልን እድሜና ጤና ላባቶቻችን

  • @mulubekele3544
    @mulubekele3544 Před 5 měsíci +3

    Woo galatomi Bagga NUfi fide qaanqe shwo🤩🤩🤩🤩❤️💚💚❤❤

  • @RashaadTube
    @RashaadTube Před 5 měsíci +3

    Ani Acaaluu Hin Ajjeesau Madesse Darba male Ahhhh uuffff😢😢😢😭

  • @MohammedUsmail-vl6vo
    @MohammedUsmail-vl6vo Před 4 měsíci +3

    Ani heeduu tokko sii jaaladha obbo ebbaa koo siin jaladhaa akkas osoo abba koo naaf tatee waa heeduu tokko sii bardhaa ❤❤❤❤

    • @josederesa5232
      @josederesa5232 Před 4 měsíci

      Obbo
      Haftamuu
      Waqayoo
      isinn
      Haa ebbisuu
      Galgalii kessan illee
      Haa Bareduu Ebbifamaa
      Dacha Dacha🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Brani-dk2hn
    @Brani-dk2hn Před 4 měsíci +1

    Anni jalalaa abbaa bekkuu badhuleen warri abba qabdaan umurii sinii haa dheresuu ❤❤❤
    Uuuuuuuiii imamaan qabachuun dadhabee waqaafuu umurii dheraa jiradhaa isin🥰🥰🥰🥰
    Abban ko jiraa garuu sin bekuu naa jedhee amaas osoo abban koo naa amanee inalaa tiyaa nan jedhee nan gamadaa atileen naa kaduu anii sin jaladhaa abba koo 😢

  • @amanetamane6938
    @amanetamane6938 Před 5 měsíci +1

    Waaqayyoo si haa Eebbisuu. Habtish keenya.Galatoomi.🙏🙏🙏🙏

  • @ayanashumi913
    @ayanashumi913 Před 4 měsíci +1

    Fascinating programme!

  • @duresakemal
    @duresakemal Před 4 měsíci

    Thank you Qaanqee show!!!

  • @user-xw5cu5sk7w
    @user-xw5cu5sk7w Před 5 měsíci +2

    we are veryy happy keep it up

  • @Haacetube1430
    @Haacetube1430 Před 5 měsíci +1

    Umriii dheeraa nuuf jiraadhu ❤❤❤

  • @user-yk3tn1yd6d
    @user-yk3tn1yd6d Před 5 měsíci

    Hbte bayyee galatomii Abakenyaa kana tikTokirrati argee ❤❤ garuu habtamuu gidukana nafxnyaan mal akka gocajirtuu inagartuu miti Adaraa of egadha akaa hacalu isin dhabuu sodanaa❤❤❤❤❤❤

  • @jihadkedir824
    @jihadkedir824 Před 4 měsíci

    Habtee, arise jiraadhuu Gootaa barbaadanii arguun Seenaa ,seenaa caaluu dha! !!♥♥♥♦

  • @eliasbuzuna
    @eliasbuzuna Před 5 měsíci +1

    Habtaamuu Lamuu guddaa galatoomi hojii hojjetaa jirtuuf ❤❤❤❤❤

  • @bekuma6609
    @bekuma6609 Před 5 měsíci

    Baay'ee namatti tola. Qaanqee show thanks

  • @user-te9uy1ji8w
    @user-te9uy1ji8w Před 4 měsíci

    🥰🥰🥰🥰🥰 gooftan umurii kessaan haa dherressu.

  • @user-sq9ee9ym8i
    @user-sq9ee9ym8i Před 4 měsíci

    Jabaadhu habte habaashoota irraa garuu of eeggadhu

  • @gammee_gibee
    @gammee_gibee Před 4 měsíci +1

    Baay'ee nama Gaddisiisa seenaa isaan dudubbatan, garuu dhaamsi jaarsa keenya kanaa qorannoo gadi fagoo baajata miliyoonotaan hojjetame caalaa ergaa bara hundumaa dhugaa ta'e dabarsa. Maaloo afaan afaan hin haasa'inaa tokko ta'aa ijoollee Oromoo.

  • @ermiyastakela
    @ermiyastakela Před 4 měsíci +1

    Waaqayyo si haa eebbisu Art/Habtaamu! Warri biyya kanaa iyyuu seenaa irraa qorachuu danda'u yoo fedha qabaatan. An akka dhuunfaa kootti maanguddoo kana utuun argee; seenaa lolaa, ka'umsa isaa, akkaataa loltootaaf furmaatni lolaaf maal ta'uu qaba kan jedhuun irraa odeeffadha/qoradha.

  • @sorikedida3286
    @sorikedida3286 Před 4 měsíci +1

    Baay'ee Galatoomi Habtee, ati ijaa fi gurra Oromooti.

  • @DingetaTamene
    @DingetaTamene Před 5 měsíci +3

    Jaabadhu Abbaa keenyaa nuf jiraadhuu❤❤❤❤❤

    • @Zeriton
      @Zeriton Před 5 měsíci

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @trytyrhu8331
    @trytyrhu8331 Před 4 měsíci +1

    Rabbiin Umrii dhertuu isinif hakenuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😅😅😅

  • @kindness2071
    @kindness2071 Před 5 měsíci

    Habtamu kiyyaa fayyaa argadhu😍❤

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před 5 měsíci +2

    Umuri dheraa Nuuf Jiradhaa❤❤❤

  • @daughteroftheking3220
    @daughteroftheking3220 Před 4 měsíci +1

    Baredaa abaaa kenyaa nuuuf wagaa kumaaa jirdhaaa❤🥰🥹

  • @Dhaabaacaalaa
    @Dhaabaacaalaa Před 5 měsíci

    Ufuuuuuuuuuuuuu ❤❤❤❤❤❤ nuf jiradhuu abbaa kenyaa

  • @jamilasalah2298
    @jamilasalah2298 Před 5 měsíci +12

    He make me my feel emotional

  • @ChalaDabashambal
    @ChalaDabashambal Před 4 měsíci

    loveing fathriyee❤💚❤

  • @user-nn1gt4hh1p
    @user-nn1gt4hh1p Před 5 měsíci

    Jabadhuu jabaa kenyaa ❤❤

  • @user-wc7rn4vu1q
    @user-wc7rn4vu1q Před 4 měsíci

    Waqqayyoo umrii keesan yaa dherechuu ❤❤❤❤❤

  • @saliharayya2409
    @saliharayya2409 Před 4 měsíci +1

    Aba ko.umuri Nuffield dheradha❤❤❤❤

  • @user-nz7zs7fy5u
    @user-nz7zs7fy5u Před 5 měsíci +1

    Respect mr. Habtish

  • @Lami4950
    @Lami4950 Před 4 měsíci +1

    Habtee jabaa keenyaa akkam jirta

  • @Gibemedia44
    @Gibemedia44 Před 4 měsíci

    Guddaa Galatoomi Qaanqee Show🙏🙏🙏

  • @arsiitoo7120
    @arsiitoo7120 Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤❤😂Abbo koo umurii dheeradha Habatamu gaalaatomii❤❤

  • @LalisaaTasfaa-I
    @LalisaaTasfaa-I Před 4 měsíci

    Gaddaa galatoomi Habtee❤

  • @HunduuWaaqaan
    @HunduuWaaqaan Před 5 měsíci

    Waaw waaw,waaw akkam namatti tola,Namni kun osoo gargaaramee waan tokko Uummataaf ni hojjata.

  • @user-zg7pz4rv7e
    @user-zg7pz4rv7e Před 4 měsíci

    Umrii dheeraa nuuf jiraadha abbaakoo❤❤😢😢

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 Před 5 měsíci +1

    Ayiyaaa Nama Bosisa Yero Isaan Wara Du.ee Kasanu Ayiya hachee😢😢😢

  • @Finna-Tube
    @Finna-Tube Před 4 měsíci +2

    2:30
    “…Utuun kan fardaa jajuu gaangeen luugama gattee,
    Mucaa Oromoo keenyaa dhalataa ijoollee Amboo,
    Fiiguuf bakkeen naguma kan Hacaaluu na gubaa,
    Utuun naggaadee ta’e ani harreeko hin gurguruu,
    Ittan nagada malee an gaarii ittin fe’u,
    Aduun gaafa dafinoo isheen gara galgalaa maaliin isaa bariite laataa?
    Utuun xiyyitii ta’ee shuggixii kooltii ta’e qawwee kilaashiis ta’e,
    Ani Hacaaluu hin ajjeesuu madesseen darba malee…”

  • @berhanuab2112
    @berhanuab2112 Před 4 měsíci

    Beekaa namaa !! You made me cry

  • @user-rp4pr6zb2n
    @user-rp4pr6zb2n Před 5 měsíci

    Woow❤❤❤❤❤

  • @GadiseGelgel
    @GadiseGelgel Před 5 měsíci +1

    Umurii dheraa nuf jiraadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @feenaanjesus2069
    @feenaanjesus2069 Před 4 měsíci

    Abbaa kana ilale imaman koo fixadhe iton abbaa qabadhe akkamin abbaa koo gammachifadha silaa lataa 😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭Kanuma jiruutin obsaa umuri nuuf dheraadha isin❤❤❤❤

  • @megersageneti5230
    @megersageneti5230 Před 4 měsíci +1

    Amesing Talent ❤❤❤❤

  • @danielgariofficial3584
    @danielgariofficial3584 Před 5 měsíci

    Galatoomii Habte keenya

  • @GeletaDeresa
    @GeletaDeresa Před 4 měsíci

    King of art❤❤❤

  • @waaqayogaariidhaiyesusjira4712

    Uuuuuuuuuuuuufffffee Waaqayyoo isinni haaebisuu ebifaamaa ebifaamaa 😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤

  • @maramabadasa8603
    @maramabadasa8603 Před 4 měsíci

    jabaadhu Habtee murataa dhiiraa

  • @nurabonsa9387
    @nurabonsa9387 Před 4 měsíci

    Woww Umuriinuuf dheeradhaa

  • @sisiolika3058
    @sisiolika3058 Před 5 měsíci

    Baga.nagaan.dhuftan❤❤❤❤❤❤

  • @moof-academy
    @moof-academy Před 5 měsíci +1

    he is appropriate for comedy

  • @user-bi8cz4vs3f
    @user-bi8cz4vs3f Před 4 měsíci

    Galatoommii Habtamu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 Před 5 měsíci

    Obbo Hamtuma ,Artist mohamed Sheka or Shi,eybi nuf dhiheysi please .Dhuga je,e ti ❤❤❤

  • @seniyaefdsiyum3964
    @seniyaefdsiyum3964 Před 4 měsíci

    Nafii jiradhaa Hundkesainn 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤

  • @anwaramiin2369
    @anwaramiin2369 Před 5 měsíci

    wwwww jaarasaa kana akka iti jaalaadhu❤❤❤❤❤❤

  • @toolashiisoorii7687
    @toolashiisoorii7687 Před 5 měsíci

    Baye naamti tolu❤❤❤❤❤❤

  • @Lubee_Entertainment
    @Lubee_Entertainment Před 4 měsíci

    WOW maanguddaa ajaa'ibaati

  • @Josseyentertainment
    @Josseyentertainment Před 5 měsíci +1

    Long life father ❤

  • @admasuaddisalem4597
    @admasuaddisalem4597 Před 4 měsíci

    Qaanqee show maalumaan siigodha oboleeskoo eebiifami waaqayoo guudaa siihaaeegu jeedhaa!keesa koo ilaalee.

  • @EboRebira
    @EboRebira Před 5 měsíci

    Uuuufff imimmaan qabachuun dadhabe😢💔💔umurii nuuf dheeraadha❤️❤️❤️

  • @olma9718
    @olma9718 Před 5 měsíci

    Wow ❤❤

  • @ABDI-hm9kk
    @ABDI-hm9kk Před 4 měsíci +1

    ❤❤❤❤❤

  • @user-di8dg5hx5j
    @user-di8dg5hx5j Před 5 měsíci

    Uuuuffff dhugaaa akkkami des namaa jedhuuuu

  • @nokootube5851
    @nokootube5851 Před 4 měsíci +1

    Love❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @orotiktokshow7872
    @orotiktokshow7872 Před 5 měsíci

    Happy Adaw

  • @user-lz4ub2jf9s
    @user-lz4ub2jf9s Před 4 měsíci

    Wawuu jabadhaa

  • @DAARUL.ULAMA-gaadissaa_jiruu

    Qaanqee shows❤

  • @user-wj6ti5qh9b
    @user-wj6ti5qh9b Před 5 měsíci

    Hafteeko atis galaatomii jabaa keenya Obboo Ebbaa lammii nudhi'eessuu keef galatomii umurii dheeraa nujiradhu

  • @rodamilkias6087
    @rodamilkias6087 Před 5 měsíci

    Jeneraal Habtamu, galata qabda❤

  • @hanatu
    @hanatu Před 5 měsíci

    😢❤❤Bagaa nu fidee galatomii

  • @ZiashLeggessa
    @ZiashLeggessa Před 4 měsíci

    ❤❤❤nice

  • @estifanosabdu4798
    @estifanosabdu4798 Před 4 měsíci

    Galatoomi Habtee

  • @NeolAlemu-jp2fl
    @NeolAlemu-jp2fl Před 4 měsíci

    Abbaa umrii dheeradhaamee

  • @user-cz6js7ok1z
    @user-cz6js7ok1z Před 4 měsíci

    Kabajaama A.Habtaamu Lammuu guddaa galatoomi.

  • @BekanWakuma
    @BekanWakuma Před 4 měsíci +1

    Habtish amma ammatti Gingilcha turtee keessa yaada bal'aa kan qabu fi comment gochus kan salphatu baayeetu jiru kun jechaa na wallaalchise jiraadha

  • @naarobikaashow1837
    @naarobikaashow1837 Před 5 měsíci

    wowu dandetii addaati dhugaa abaa koo arti maali akkaa ta'ee nuuf ibsitee

  • @ZufaanJifaaroo
    @ZufaanJifaaroo Před 4 měsíci

    Waaqayyoo humuri keesaan nuuf haa dheresuu

  • @user-gx7bo8qe2n
    @user-gx7bo8qe2n Před 2 měsíci

    Maali jarsichii oromo Muslim keessaa hin jiruu

  • @orosmartphoneapp2435
    @orosmartphoneapp2435 Před 4 měsíci +2

    Ani vedio ilaalee immimaan naa hin qabuu turee garuu taa dubbii Haacaluu tun immimaan naa buusiste maal godhuu garuu😭😭😭

  • @daveandnaolshow
    @daveandnaolshow Před 5 měsíci

    Galatoomi Habte

  • @Madinanazif
    @Madinanazif Před 4 měsíci

    Rabbin haama isinirra haqabu abbako rabbin umuri isin Haadhessu

  • @user-dh9ql5yd2j
    @user-dh9ql5yd2j Před 4 měsíci

    Ulfaadhu obbo Eebbaa

  • @saciathopia7125
    @saciathopia7125 Před 4 měsíci

    Ani obbolaa lamaan dhabeeraa, garuu akka du'aa hacee hin taanee, haceekoo 😢😢 namsee haa maaruu 😢😢gubaa baraa baraa 😭😭😭

  • @Storytime-gg5we
    @Storytime-gg5we Před měsícem

    ድንቅ ሰው

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤,galatomi Amale urmi dheertu jiradha

  • @SariQueen-mx3sv
    @SariQueen-mx3sv Před 4 měsíci

    Utuu abbakoo tatanii😢😢😊

  • @user-zh3pe6dq7y
    @user-zh3pe6dq7y Před 4 měsíci

    Magic man

  • @etinish
    @etinish Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤ abbaa koooo

  • @user-ts5gd4mn6m
    @user-ts5gd4mn6m Před 4 měsíci

    ❤❤❤ Abba koo

  • @user-yy2ju2ij2z
    @user-yy2ju2ij2z Před 5 měsíci

    Habtamuu keenyaa ulfaadhu!

  • @alemneshurgessa6347
    @alemneshurgessa6347 Před 3 měsíci

    Wayyoo akkan asmaari jaaladhu

  • @ShariifZaker
    @ShariifZaker Před 2 měsíci

    Good

  • @user-ks7fc4le2r
    @user-ks7fc4le2r Před 4 měsíci

    Habtamuu baay'ee Galatoomi

  • @user-bw9hq2jg5x
    @user-bw9hq2jg5x Před 4 měsíci

    old gold

  • @Biree_Show123
    @Biree_Show123 Před 5 měsíci

    ❤❤❤❤❤❤

  • @user-ng5ky8kw4x
    @user-ng5ky8kw4x Před 4 měsíci

    Umurii dheeraa nuuf jiradhuu